🛑Sumayaa Niin Jalladhaa🌹 Namaa Kamiinuu Jiijiruu Hiin Fedhuu Ilaam Naamulisuu Didee😭😭😭

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 сен 2024

Комментарии • 1,7 тыс.

  • @ADAMATUBE
    @ADAMATUBE  День назад +50

    Alhamdililha Osheen Nikka Hidhatte
    ruclips.net/video/cb8l6m9oS4I/видео.htmlsi=F4o4s1k8L1uyvTjQ

    • @jamila-jc1uo
      @jamila-jc1uo День назад +2

      Akana jete sumaya badii kee irraa hikahin sumayan wataka badii hiqabdu hayuun imoo irraa hafii yoo dide ofi haijestu aka muslimati ofi ajesun harama yoo

    • @alai2771
      @alai2771 День назад +1

      😀😀😀😀😀😀🤬👎

    • @apsakuwait3682
      @apsakuwait3682 День назад

      @@ADAMATUBE yaa sayidoo hoji ofi haanyatuu pirankin kuni Abshirikeeyrimaafii

    • @Radhia-n2p
      @Radhia-n2p День назад

      Ashirii

    • @SainabAhmed-l5q
      @SainabAhmed-l5q День назад

      🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉

  • @DgDg-yf1dw
    @DgDg-yf1dw День назад +38

    Summayya lubbu tiyya rabbi jedhe irra darbbiffi nutti heddu sii jallana Summayya barreddu koo rabbi jedhi illmmani issi itti garssisi ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

    • @hawamahaa1782
      @hawamahaa1782 День назад +1

      Hhhh diraamadh kun

    • @Buzeetube2-wb4mg
      @Buzeetube2-wb4mg День назад

      Hin sobuu jarii refoo naa galee hhhh

    • @ashias9880
      @ashias9880 22 часа назад

      Umayyaan oromifaa maaltii sii bektii sumayyaan hhh

    • @JamilaaMoosisaa
      @JamilaaMoosisaa 13 часов назад

      😂😂😂😂

    • @obseeshow9855
      @obseeshow9855 8 часов назад

      ​@@ashias9880xiqqoo dubachu rakisa malee siriti bekti

  • @OroStudent
    @OroStudent 22 часа назад +28

    ❤😭😭🤲🤲🤲Said kiyya ani akka nama tokkotti nama taate kana jalqaba irra kaasetin hanga Ammatti si hordafaa jirudha kanaaf yaada namoonnisif kenna keessa yaada bilchata fudhadhun sin ja'a wanni hundinu amruma rabbiti kanaf amriin duniya fatanadha kanaf fatana kana nama obseetu moohata kanafu wanti kun erga si mudate haadha mana keeti suuta jadhi amansiisi ati ilma islaamati waan taatef wanta amantan si hin dhorkinu rabbin irra sin gaafatu waan ta'ef micayyo tana fuudhi nama siif jecha ofiin ajjese ja'u jaalala keetif du'u dhuga hin dhiisin siin ja'a wanta kana karaa laman yoo laale tokkofa kara rabbitin miciyo tana rabbi irra si galafata Maalif yoo jatte micayo tana ati ni sobde garu micayon soba hin beektu pirank hin bektu kanaf nama sobun rabbin biratti nama gaafachisa lammaffaa kara seeratin yoo micayon tun siif jatte of ajjeste raga gahatu jira waan ta'ef serris si gaafachisa kanaf ati dubbi tana laali murteessi yoo erga tiyya tana laalte like naaf godhi yoo sitti hin tolle dislike naf godhi akkan hubadhuf hundahu rabbin sif haalaffisu

    • @ModinaModina-qc4lr
      @ModinaModina-qc4lr 21 час назад

      ❤🎉

    • @AdamIsgoing
      @AdamIsgoing 18 часов назад

    • @JaallatuuLove
      @JaallatuuLove 9 часов назад

    • @user-db6kp4yi5u
      @user-db6kp4yi5u 4 часа назад

      Ijoo dhisaame mucatin wan qabeenya qabufi sin jaladha jete ayyuu yoo ribbin sodate sado dhisi ijoolee isaatti haa debiyu atis carra kee ofi jaala hin gubin❤

  • @MasaratMasarat-ps3hv
    @MasaratMasarat-ps3hv День назад +33

    Dhugaa rabbii baayyee nama aarsiti micoon gaahela namaa maaf diigdi namni duruu nama jaalataa maal ishiin dirqamaan na fuudhi jettee maa cinqiti😢

    • @user-db6kp4yi5u
      @user-db6kp4yi5u 4 часа назад

      Wan hin qabeenya qabufi akkasi godhati male jalate mitti ❤❤❤

    • @Samirasamira-v1h
      @Samirasamira-v1h 3 часа назад

      Dhugaa rabii ilmi nama ni dogongora malif bultii namaa digdaa atii

  • @aslitube4541
    @aslitube4541 День назад +6

    Fuudhi anaa jaarsi kiyyaa qabeenyaa kiyyaan naratti fuudhe ani garuu jalaa deemuufi rabbiin sodaadhee inni qabeenyaa yoo hin qabuu daa'mallee walitti qabnaa garuu isiniillee garaa nanyaate al hamdulillahi si matu nuuf isallee nuuf qoode jedhee dhisee baay'eelle isaa hin ciqine wallahii

    • @EMANOROMO
      @EMANOROMO 21 час назад

      😢😢😢 ❤❤❤

    • @tememamusa4762
      @tememamusa4762 10 часов назад

      Uuuuuff 😢😢😢 abshiir homaa mitii

  • @SabriinaaSabrii
    @SabriinaaSabrii День назад +25

    Worri sumayyaa RABBIIN si bira haa jiraatu obsa sii haa kennu jettan maal jaartii lammaffaa fuudhuun haraama isinitti fakkaataa?!! Fuudhi Wollaahi shari'aan afur hayyama sumayyaan ammoo islaamummaa erga jaalattee itti amantee waan sunnaa rasuulaa sallallaahu aleeyhi wosallam ta'e hunda jaalachuu qabda 😢

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 День назад

      Dhugaa ketii dirqamaa oromolee fudhuu qabaa

  • @RiyadMumad-ry1qu
    @RiyadMumad-ry1qu 20 часов назад +7

    Brother ati malii bizii Maliif ifgoota qoyi Sumayyaan mali Ergamaan Rabbii S A W Osoo aishaa Xiqqo fudhee jiru isii booda meeqa fudhe Seenaa Rassulaa S A W dubbiisi muslima mii

  • @Jannat-ke2wc
    @Jannat-ke2wc 23 часа назад +3

    Saido amasiifadhu isiillee gamachiisi tanas fuudhii sanyii koo tunis dhiiga keeti shari'aan hanga Afuri hayyama Ayyu koo Abshiir sanyii tiyyaa rabbiin waliif isin haa qoodu

  • @imanhuseen4154
    @imanhuseen4154 День назад +48

    Ani akkaa nama tokkoti Ayyun malif hin obsinee ilmii nama obsaa qabachu qaba bar yeroo kenufii qabdaa yaa obbooleti tiyyaa rabbiini sodaadha inu si dhisee sin hin jenne sila malif wan akkan karorafta

  • @KadijjaSeid-ll6tz
    @KadijjaSeid-ll6tz День назад +4

    dhugaa yodubane Ayuun dubartii garii mitii namii dinii islamaa qabuu ofiin Ajesaa jetefaa sobrii godhadhuu Alhamdulilaa jedhii seidoo dhisii kan seidoo caluu rabbiin siif kenaa kanafuu Ayuu seidoos yadii ofiis yadii ati dubartidhaa qafadhuu birakiin hin bektuu qafadhuu mee seidoo fi sumayaa ❤ waliin jalanaa dhisii Ayuu sin kadha pils piliis 😢😢😢

    • @KiyarFozetub
      @KiyarFozetub 20 часов назад

      Dhugaa ketii boruu isaa ajesftii namni lubbu ofii basufi arifatuu lubbu namaa haraa nyatuu astgfurullh

  • @MamadAdam-x8k
    @MamadAdam-x8k День назад +21

    Yaa saidoo koo rabbiin kiyya Amrii sitti jabaatte kullii siif haa laaffisuu sumayyallee rabbiin garaa isiniif haa laaffisuu Abshiiraa

  • @RiyadMumad-ry1qu
    @RiyadMumad-ry1qu 20 часов назад +6

    Rabbiin Quraana kesaati akkana jee Waan jaalatu keeyrii siif hin qabdu saniif sii dhorkina je waan ati jibbitu Keyrii siif qabdii Mucayyoon intala muslimati fudhii dirqameetun fudhe osoo hin tahiin ayyuus jaladhetin fudhe jedhi ilman ilman hin jaiin ilmaan san caalu rabbiin ayyuurraa siif kanu mala Malii beeyta hojii Rabbii itti gammadiii fudhii Jireenya gammachu kana booda sif godhu mala Takka kana midiy kanarra badi

  • @ayuuwaalagaa
    @ayuuwaalagaa День назад +131

    Ayuuni Atii maa yoo dhiistee saaidoo Abbaa ijoolee tii maaliifi jireenyaa naamaa Addaa baastaa Atii Ayuu biyaa Abbaa kee jirtaa gaaruu sumaayani ijoolee saaidoo waajini biyaa Oromaa jirtii kaanafi Ayuuni hin Raakkisini saaidoo dhiiraa baay'ee tuu jiraa kaanafii xiiqoo ishee yaadii jireenyaa kee borii itti yaadii siiriitii Abbaa ijoolee fi Haadhaa ijoolee giiduutii Atii Ayuu caaraa kee Egaadhuu dhugaa sumaayani biyaa oromaa jirtii qofaa ishee yaadiifi xiiqoo. Sumaayaa waaqayoo obsaa siifi Haa keenu❤❤❤❤❤❤

    • @EfTu-i8v
      @EfTu-i8v День назад

      ❤❤❤❤❤🎉😢

    • @rahmaBukure-q1w
      @rahmaBukure-q1w День назад

      Dhugaa jettee

    • @Qabbane
      @Qabbane День назад

      𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐞 𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢𝐝𝐝𝐮 𝐬𝐚𝐧𝐢𝐭𝐢 𝐛𝐚𝐲𝐲𝐢😢

    • @MawradiiTaHamzaa
      @MawradiiTaHamzaa День назад +2

      Fudhuu qaba shariiyan dhiraf hayamiite hanga afurii dhira isilamaa ha fudhuu mal isin galche 😢ofin buha lala Namin jalaltii qabe hin beyne jiraa 😢

    • @fitalenegashu6846
      @fitalenegashu6846 День назад

      Ebbifamii dhugaa

  • @user-bd7bq4it4z
    @user-bd7bq4it4z День назад +3

    Ayyuu rabbii mana kee haa diguu digamtuu waaska waayii maali fakkatiyuu tunii fokkatuni sumayyaa abshir yene konjo ❤

    • @Sofii-j3k
      @Sofii-j3k День назад

      😂😂😂😂😂

    • @rabiya2rabiye234
      @rabiya2rabiye234 6 часов назад

      😂😂😂😂😂😢😢😢😅😅😅😊😊

  • @MakeyaMakeya-v1y
    @MakeyaMakeya-v1y День назад +45

    Dhugaa rabbi ati amma jaalalaf jette isa faana akkas taata osso si fudheyyu na amani gammachudhan hin jirattu sababnis dhirri akka yero ufii nama barbaddu sani miti kuni yaada kiyya ati garu itti yaadi sifiis rabbitu jira bulti nama kessa bayi

    • @abadiirabbiirabbii9783
      @abadiirabbiirabbii9783 День назад

      Dhugaa keeti 👍👍

    • @XayaadJamaal-k3d
      @XayaadJamaal-k3d День назад

      Dhuga keti wly❤

    • @NazifSuraa-ec1eg
      @NazifSuraa-ec1eg День назад

      Anii Laman kesanu najala Rabin bulutii kakesan Haijaru

    • @obsituutube2028
      @obsituutube2028 23 часа назад

      Rabbiin isii haa danqaruu abboo tana namittii maratte namni ilmo tasa garattii bateyuu akka isiin godhattu tana hin godhatuu

  • @EfTu-i8v
    @EfTu-i8v 2 часа назад +1

    Eeyyeen afaan oromotin nuufhasawa Amarifa hinbeeknu baye rabbiin isiniihalafisu❤❤❤

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 День назад +22

    Dhugumati dhira sare dha Amshir summaya ani bayye jalaladha summaya rabbii isii bira haa jiratu 😢😢😢

    • @user-bi8tx9lz6d
      @user-bi8tx9lz6d День назад

      Wallahii 😢😢😢

    • @UmmuAmmar-zd6qz
      @UmmuAmmar-zd6qz День назад

      Arabaa hin badiin

    • @abadiirabbiirabbii9783
      @abadiirabbiirabbii9783 День назад +1

      Bari anis bulti qaba garu summaya gara naa nyaate obboleti 😢😢

    • @UmmuAmmar-zd6qz
      @UmmuAmmar-zd6qz День назад

      @abadiirabbiirabbii9783 qoyyii uttu sii ta'ee hoo maaqan akkasiti ishee badee enyuuti herumti rakkoo guddaan piranki dha ishee silaayyuu jalaalaa isaa garaa qabdu piranki godhe akkam tati ishi rakkoodha Anis bultin qaba bar

    • @sikosilo7773
      @sikosilo7773 День назад

      dhugumayu saredhaa

  • @እሙሳዳምዩቲፕዜድየወግድዋ

    በተለይ ሙስሊሞች ተጨማለቃችሁ አላህን አፈሩም ትንሽ

  • @SaafiiAmiin
    @SaafiiAmiin День назад +13

    rabbiin keenna nama maraa rizqii isaa waliin uumee fuudhi waan rabbi dura siifmurteesse hin dhabduu .

  • @najatnaja1401
    @najatnaja1401 День назад +2

    An Sumayyaa miti Ayuun carraa isii habarbaaddattu Sa, id jelaa hafi yoo Rabbiin sodaatte Bultii jeraa hin diigin 😢 😢

  • @AmeenaQatar
    @AmeenaQatar День назад +47

    Yaa intala jalala pirankiitin qabamtee bulttii namaa hin diginii

  • @masiidha2380
    @masiidha2380 День назад +2

    Ayuu dhiisi rabbi sodaadhu daa'immansatti ha deebi'uu atis nama si fuudhu hin dhabduu😢

  • @AliKadir-c6m
    @AliKadir-c6m День назад +13

    Maashallaattonni mucayyoo mucayyoodha Oromoo lachuu ati horachuu dandeenyuun haga afuritti shari'aan hayyamee jira sumayyaan sii hayyamnaan mirga guutuu qabdu obboleessa kennu sumayyaatilleen

  • @AdemAbdii0909
    @AdemAbdii0909 5 часов назад

    Saidoo rabbin Hala hunda rabbin sif haa mijesu gafa gari nin nyadhati nyadhamta Garu homa miti sutuma jedhi sumeyyaa IRA debi,in kadhadhu rabbin garaa sif haa lafisu hayun bayee nama mararti isin nama si calaa si jalatu argate fudhi rabbin sif totolchu garu sumeyaa sodate mucaa qaxalee tana aka isin of balesitu hin tasisin akasi ani hundafu rabbin sif kadha amiiiin jedhi ati bakuma jirtu

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 День назад +15

    Rabbii kaa saido ol siif haa hiru dhisii Jirarenya isii keessa bayiii rabbii jedhe ayuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Summaya miskina 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Maal isii irraa hin dhalatu saido rabbii jedhe summaya qalbii hin cabbasin 😢😢😢😢😢😢😢

    • @KadijaaFuroo
      @KadijaaFuroo День назад

      @@abadiirabbiirabbii9783 usii Lubbuu namatitii murutesitaa haa fudhuu malituu sii galichee

    • @خديجةيوسفانور
      @خديجةيوسفانور День назад

      Rakon jirtu of ajesaa jeti achin bodaa saido mana hidhaa galachani mal wayaa re mucatin ni jalati amas sababa isatin yo of ajefte rakodhaa💔💔😢😢😢

  • @AshaSani-jl6ru
    @AshaSani-jl6ru 4 часа назад

    Ati nama hadha mana qabu tate naaf bakka tane dhabata Summaya rabi jedhi ijole agarisisi wan hudafu ati rabi hin aragata lubbu tiya sii jalana ❤❤❤❤❤

  • @KamilaJemal-jk2zh
    @KamilaJemal-jk2zh День назад +16

    Sumaya itu ama kae ijole itu hin argin du,e mal gota adara rabin jedhi iti agarsisi🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤malif akatan qada hin bekamu cinqati kesale gale mata isa dhabu danda,a atile jalala isara qabaada wan ta,ef ni midhamta jalalaan anis akuma ke dubartidha garu achi fagesine hin yanu kanaf dhifama godhiif ilmo kesani jedhiti ijole tinile kesati ni cinqamti yada abatin kanaf adara adara adara adara iti agarsisi sinis isaas beke miti asumarati sin argaetan gara na nyate sini barese rabin waliti sin a hurgesu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MusxafaHasan-t4y
    @MusxafaHasan-t4y 12 часов назад +1

    Ka Rabbiin mucayyoo Akkanatti bareedduu siif kennee Rabbii keetii Galata galchaa Fuudhi shari'aan Rabbiituu tanama jaalattu fuudhaa jedhaa hanga 4 mirga keeti.

  • @MuhsiinBadruu
    @MuhsiinBadruu День назад +18

    Ayii seid RABBIIN furmaata siif haa kennu❤❤

  • @umuunuseyba11
    @umuunuseyba11 22 часа назад +1

    tun intaloon ta akkam ashaboon IJA dhiiqatee Abba ilmanii ilmorra baftii Sumee rabbiin ishii waliin ha jiratuu dhugaa bayyee namatii dhagahamaa mattii diguun ayuu jedhaan tun

  • @tamirekamal6068
    @tamirekamal6068 День назад +14

    Muccaa isa yadaa piranki kana fidee si haa fudhuu hayyuu atii mal gotaa bultii nama didaa rabbii jedhii dhisii hayyuu😢😢

  • @ibrahimahmedelmi6757
    @ibrahimahmedelmi6757 День назад +1

    rabbii siha lafisu saido fudhii sumaya rabbii jechaa dhifama godhif ijolee itti mulisii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @AaronJUST-g6w
    @AaronJUST-g6w День назад +5

    Yaa rabbii maali micayon bultii namaa diduu kuni qiyamadhaa maali jalalii abbaa ilmaraa namaa qabu rabbii keti jedhii dhisii abbaa ilmaa dhiraa heduu jiraa

  • @rahmamohmed341
    @rahmamohmed341 День назад

    Sumayya qalii namaa amala qabette Wollahi heddun jalladha ❤ sumee

  • @burhanamareh4498
    @burhanamareh4498 День назад +8

    ሠይድ በጣም ነበር እማከብርህ ግን አሁን በጣም ወረድክ በእውነት ሱመያ ንግሥት የቤት እመቤት ጨዋ እግዝያብሄር ትግሥቱን ለሥሞያ ሰይድ ልቦና ይሥጥህ አሥተዋይ ነበርክ ምነካህ

  • @rumanayoussief4
    @rumanayoussief4 13 часов назад +1

    dhugaa Rabbi Ayyu ati nama jibbisista baalage abba ilmoo rabshaa keyse

  • @HiHi-xe5ws
    @HiHi-xe5ws День назад +14

    sumaya ya oboleeti,tiya, rabbi,jedhii,hayamifii,oso,mucatiin tuni, aka,qoricha dhuyidee,sanini,lubun,ishee,dabartee,saidon manahiidha seeneyu,achitii,shama,malee,yokini murteen,du,a,itiikenameyu akami gota ima,obisotami ama,mo,inu,rako,(nara,rabbi,siifii,habise,aba ilmaan keetii,egafudhun dirqama,itii,tayee,hafudhu,hayamifii,rabbi,jeedhi shari,an,haga afurii,hayameefii watii,beeku,qabadu,toko sharian aini,naama,qabeenya qabu nama,horatu,tanani wala jartii,tee,taduratii wahadha wala,aba,dirqama,mitii,gafachun calisii,fudhii,jeedha,shee,anawarin gafadhu dhuga,jiru,kuni ani aka kiyatii saaido heedu,taka diqisii,fadha,dhuga rabbi wan jalalafii,kabaja siifii,qabufii,male siigafachuyu hin,qabu,aka shaari,atii dhuga rabbi ijolee,isale iitii,agarsisii,rabbi,jeedhi,sumee oboleeti,tiya qali rabbin siiqabe

    • @jgh2792
      @jgh2792 День назад +1

      Yaadaa bareedaa barressitan anillee yaadaa kessan kan deggaraa

  • @Ruqayya-t3h
    @Ruqayya-t3h 21 час назад +1

    እኔ በፍት ከሱመያ ጋ ሳያቹ እንዳንተ ያለ ባል እንዲሰጠኝ አላህዬን እለምነው ነበር አሁን ግን ኢቅር ኢበለኝ ዘጋሀኝ እንዳንተ አይነቱ ከመንገዴም አያጋጥመኝ

  • @ChaaliChaali
    @ChaaliChaali День назад +5

    Sedoo atti namaa garii wollahi hedu sii sinqsifadha sumeeya rabbin isini haa lafisu Ayuu lubbu isii barari

  • @Juhiikalil
    @Juhiikalil День назад

    Yaa allah lafisifi yaa rabbii sumaya atii gara lafetidha jabuduu intalati imanis qabda masha allah rabbin imani keti sif haa dabaluu adara ishii jedhifi bakka ke bu'e yon yaduu hin ulfata garuu ari gara lafetidha adara akumma bektu godhii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @imanhuseen4154
    @imanhuseen4154 День назад +5

    waallahi saidoo rabbiini si haa laafisu inshaa allah inuman akka tolluu si haa godhuu
    Abshiri atti hin yaadin wani maratu wanuma rabbiini fiddee
    keeyarima jedhani fudhatudha

  • @AhmadMuhammad-j4k
    @AhmadMuhammad-j4k 23 часа назад

    Rabbiin garaa isii isiniif haalaafisuu garuu Ani namni Ani baayye Galatoomfadhu summayyaadha nama gaarii ta'uu isiii argeeta

  • @ummuu-bilaal
    @ummuu-bilaal День назад +9

    Si'idoo Rabbii jedhii fudhii mucatii barreedu tanaa Onnee hin cabsiini ilmaan kee humaa hin tahani fuudhii haraam hin dalaagne shari'aan islaamaa 4 heyyaama dhugaa dubaatuf ani sumeeyas bay'ee jaaladha ❤❤

    • @suusuushow
      @suusuushow День назад

      😅😅😅

    • @Jalaneshow10
      @Jalaneshow10 День назад

      Safuu😅😅

    • @saadu7901
      @saadu7901 День назад +2

      Aji'ibaa qabdanii Dhugaa rabbii jalalii aji'ibaa hin qabuu Gaaruu dangaa darbuunii hin barbachisuu keesaatuu nuu shamaraanii yoo dhiirii nuu jalatee nuu fudhee malee bultiin hin bareeduu 😢😢

    • @Fatma-nr1rg
      @Fatma-nr1rg День назад

      Anis yaadda kooti dubartii dhira jala deemtu feedhu😢​@@saadu7901

  • @user-fd5rk4cb6s
    @user-fd5rk4cb6s День назад

    Siti tolchii jirati sumyaa ishii ijollee wal biyyi orama kesaa dhistee biyyi galete wan hin tanee dalagaduu mal aboo amma mucaa tun ballgeee jiruuu kee siih jalaaa baleesufii male fayyda takka hin qabiduu gara ijollee ketii debiyii

  • @DareeHadhaBiyya
    @DareeHadhaBiyya День назад +7

    Maalii fakkatii hintalaa guddisii badeedha sumayyaan afaan Oromoo beetuu sin maalii jetuu jamaa

    • @efsrdsssrdss2151
      @efsrdsssrdss2151 17 часов назад

      Guratii ni dhages😢hin dubatu male ayii shamarani maluma jena garu nu dhibde uuuuffffee

  • @XayaadJamaal-k3d
    @XayaadJamaal-k3d День назад +1

    Yaa obaleti tiyaa guruba kanaa dhisii bultin akanatii hin tatu wly na amanii malif yojatee ini oso sin jalatin atii dirquu jirta bulti nama kesaa bahii atifis rabi jiraa kaa aka ketii hin dhabaduu dhisii jirenya namaa kesaa bahii please🙏🏼please😢😢😢

  • @SofiyaaSofiyaa-u2v
    @SofiyaaSofiyaa-u2v День назад +5

    Sumiyaa tiyyaa ijoollee isaa itttii muldhisii rabbii jedhe

  • @oromooromo-rb4ow
    @oromooromo-rb4ow День назад

    Sumayya jechun samuu nama gudaa qabdi Akkasumalee obsaa qabdii Akkasuma tatarri dubarttit mashallah tabarakallaah garuu issin Hayat jetan kun ijaa jabatti subhanallah 😢😢😢 kun jalala mitti ba,ii jirnyaa nama kessaa

  • @user-zx7qy9qo1h
    @user-zx7qy9qo1h День назад +7

    Anii duubii kaanaa hin ammanuu. Matii hin qabiiduu hin idhaatani yoo maaratee hin qaniifaatuu

  • @user-me6lg3wg5x
    @user-me6lg3wg5x 10 часов назад +2

    Wayii nama dhibaa mal akanjedhuu n walallee anii❤❤❤😢😢

  • @UmmuAmmar-zd6qz
    @UmmuAmmar-zd6qz День назад +7

    Fudhii Baqaa Rabbiin isiinii haa Lafisuu

  • @KokobAhmed-p1k
    @KokobAhmed-p1k 20 часов назад

    dhugaa rabbii ayyuu jabeessi kuni raajiidha yeeroo kana keessatti jaalala akkana hin garre jaalalli akkana jabaatee itti fufuu qaba

  • @AliKadir-c6m
    @AliKadir-c6m День назад +4

    Mashallah mashallah rabbiisaa gargar obboleessa koo

  • @Isa-g8o
    @Isa-g8o 14 часов назад

    Sumayyaa rabbi jedhii dhisi ha fudhuu akkumaa duraa jettee wan rabbi fideef hin bekaamuu fudhii sumayya amansisi

  • @Samsung-kg5bt
    @Samsung-kg5bt День назад +6

    Maal jedha jirti mucayon maraatun kun 😢erga ilmaan hedu argachu barbade yero bira jirtu Maalif hin amasifne?? Bira deemte kaate erga akka feete ta'u Eegalte dhiifama sumaya jechun furmata miti 😢

  • @JamilaHaHaajii
    @JamilaHaHaajii День назад

    Rabbii Yadafi Murada Kee Siif Haa Guttuu Sayiido Bakka Sumeya Bu`ee Yo Ofi Lalluu Garuu❤😢😢 Rabbii 3Keessaniifuu Woli Galtee Ha Kenuu ❤S❤S❤A❤

  • @Marian-e8h
    @Marian-e8h День назад +8

    Balagee itlaa subhaan Allah

  • @madinawayu9295
    @madinawayu9295 День назад

    Dirama dhisii garaa ilmoo teti wly bayyee sitii kolfaa jiru sumeyaa wly badhasaa gudaa Rabbin siif kene intalaa jabduu oso dubartii garri tatee yoo tanaa midiyaa balesitee isin amoo namaa amantaa ofilee jabefatuu Mashallhaa garaa jartii teti debi’i wolin mariyadhuu !!!!❤. Garuu Ayyun atii ardhaa naa fudhii yoo naa dhiftee ofii ajesaa jechu in mali? Borusii yoo ilmani kee iraa fagatee male ofii ajesaa jechun kee Shani😏 kanafuu yoo diramalee tatee hin beknuu Rabbi kesani sodadhaa wani hundaa kessati😭😭😭

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 День назад +9

    Aniii shakeeee waniii kuniii waliii galaniii pirak umataa godhaa jiraniii hin amaninaaa

    • @mfeyruza486
      @mfeyruza486 День назад

      😂😂😂 annillee sanuma shakkee

    • @Kusulmaaismalii
      @Kusulmaaismalii День назад

      😂😂😂 anlee hin shakee jiraa

    • @oromiyaoromiya7709
      @oromiyaoromiya7709 День назад

      @@Kusulmaaismalii saidoon dhallaa jedhee soshaal mediyaraa inumaa hin boneee waallaahi bilaahii pirakii kuniii

    • @Kusulmaaismalii
      @Kusulmaaismalii День назад

      @@oromiyaoromiya7709 ilmoo nama bochisaa

    • @zeinabmuusaa5223
      @zeinabmuusaa5223 День назад

      Anilee kanuma shaka jira walahii 😏Akka muktara gaftokko nu godha jiru fakata?

  • @AlHamdu-k2m
    @AlHamdu-k2m День назад +4

    ሱመያ ይቅር በለው አንተ ሙስሊም ነህ ሸሪዓውም አራት ስለፈቀደ ልጆቹን አሳየው አትደብቃቸውም።❤❤❤

  • @sofiawlok6612
    @sofiawlok6612 21 час назад

    Rabbii isiin halafisu waani jabate hundayu sumayaa Rabbii isiin halafisu

  • @AlaamuddiinEdiris
    @AlaamuddiinEdiris День назад +21

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @samiratube260
      @samiratube260 День назад +1

      Kkkkkkk wayii Diramaa kjkk😂😂😂

    • @ZandFjud
      @ZandFjud 23 часа назад

      ❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰

    • @sabontuiticha3771
      @sabontuiticha3771 23 часа назад

      😂😂😂

    • @AmayasinAlamu
      @AmayasinAlamu 12 часов назад

      🎉

  • @maftuuxamaxamed1630
    @maftuuxamaxamed1630 4 часа назад

    Yaa ayuu atii nama siin jaallanee ifiira disii nasiiba kee egadhuu yaa bareeduu koo ayuu atii bareedhu tanaa maltuu siira iratee mee ❤❤❤❤

  • @ObsinaanHassan
    @ObsinaanHassan День назад +4

    Bani Adam anni hin amanee waan kanaa

  • @rabiyarabiya3960
    @rabiyarabiya3960 3 часа назад

    Hintalaa tana rabbii dhabamaa sii haa godhuu malii atii dhiraa biraa dhabade demii kan biraa soqadhuu hin maratinii bultii namaa hin digiinii rabbii jedhii

  • @AsvDfg-em6hr
    @AsvDfg-em6hr День назад +12

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @NURANu-x9u
      @NURANu-x9u 21 час назад

      😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @FuaadAbdulab
    @FuaadAbdulab 23 часа назад

    Kunii soba Dirama soba dalagaa jirtaan
    Like comment fi sabaskirabii gudifachuuf kana gochaa jiruu
    Hin gowwomina uumataa
    Dhuma Isa walin ilala

  • @FuadAbdii-j3g
    @FuadAbdii-j3g 22 часа назад +1

    Dhiisi Rabbi jai naa sih Fuudha ana kaisin daawatuu rakifte ati jolle baqamiti duudamiti naafamiti dhiisi yoo ati lafa hafte naa sih fuudha .❤

  • @IftuuHashim
    @IftuuHashim День назад

    Rabbiin issin haa lafisuu ishaa Allah waanii rabbiin fidee hundii keriyumaf ❤❤❤ yaa rabbii gurbaa kanaa hamilee isaa nuraa hin cabsiin sumayya fi saidoo ayyantuu maatii adunyaa fi akkiraa wajjiin taruu haa godhuu mee yaa oromoo du.aii godhafaa 😢😢😢😢😢

  • @SumayaArsii-dd1zr
    @SumayaArsii-dd1zr 23 часа назад

    Rabbiin siif haa fayisuu sumaya Rabbiin yaadaafi muradaa kee siif haa guttuu Abshir fudhii ❤❤❤

  • @Samiraaabduljebar
    @Samiraaabduljebar День назад +1

    intaaloo jireenyaa namaa keessaa bahe atii abbaa ilmoo adda hin basini siifi taa akka kee jireenyaa nama digdu hundaa rabbii isiin baalleesu 😧

  • @RauwdaUsen
    @RauwdaUsen 48 минут назад

    Summayaa yenee wud sabir yestesh Batam new miwodish ishi. Kun jirukee diguuti jirti boriifis isidhaaf ta.a

  • @JIGOOTube
    @JIGOOTube День назад

    Wallah duaiin issin godhaa torbee tokko keysaatii waliif issin haa kannu yaa rabbi waliif qoodii garuu atii saido miyyo tana dhiiftee adunyaa akkiraatii hin milkoytuu beekii😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @obsituutube2028
    @obsituutube2028 23 часа назад

    Sumeyaan nama akkanni isin malumitii tana ta akka mastishii sitti goydetuu ijollee tetiin addan si basaa jira malee yeroo maliif si kenine atuu demtee qamaan sumeyya waliin yoo hasoftee irra wal hubataa namni tun gaaruu of qofa jalattii nama mitii tun intaloon osoo si jalattee akkanatti sin cinqituu ayuun tun ofiif malee xiqqomalle siif hubataa hin jirtuu ergaa si jalattee silaa ilman tee bira demii sumayyallen walii galaa si egaa sin jettii turee tun rabbittis hin amantuu jalalaas wan isiin tatee hin beytuu ofittu hin amantuu sitti laxxafamtee ta si marachituu ma ati ilmoo itti gotee mo osoo sanuu tatee sabbaruu qabdii tuni ananiyyadha bineensaa dhugaa rabbii

  • @barakqsxsw90
    @barakqsxsw90 17 часов назад

    Jibaa oromo waan qabdufii Arabaa fudhii jeetii subahanalaa 😢😢 ❤A❤S❤❤❤

  • @Best-Arti
    @Best-Arti 10 часов назад

    Sumayya yoo rabbiin Sodaatte lubbuu mucattii tanaa du'a irraa baraari 👆👆👆👆🙏💯💯💯💯

  • @HajiAman-my8xz
    @HajiAman-my8xz День назад

    Fudhii saidoo summayaa rabbiin sii haa lafisuu shari'aan afuur eyyamaa waan ta'eef summayaa dhifamaa godhiif rabbii jedhii

  • @ElelleeCantery
    @ElelleeCantery День назад

    Dhugaa keetii wallahii
    Summayaan oduu ummata Yaman dhaguu hin qabdu

  • @SaaraSaaramahammed
    @SaaraSaaramahammed День назад

    Abshiir said sumeyaa rabbii sif ha lafisuu garu wan odo hin yadiin te gara na nyatee ya said rabbiin sif ha lafisuu

  • @KarimaaSaliyaa
    @KarimaaSaliyaa Час назад

    😭😭😭😭😭😭 rabbiiin siin haa milkessuu hunda kessaniyyuu bayee ulfataa dubichiii yaa rabbiii wan akkaanara najjaa nuubassiii🤲🤲🤲🤲🤲😭

  • @Beema-do1jq
    @Beema-do1jq 23 часа назад

    Rabbi rakko tana kessa si haa basu wolahi gara na nyate oromo sumaya kadhafi yabboti miskina wolahi❤❤❤❤❤

  • @Rahma-u4u
    @Rahma-u4u 3 часа назад

    Ajibaa jaarrsa naama huumna irra fudhu maale rabbi sii haa qaajelchu😢

  • @TokummaBoru
    @TokummaBoru 13 часов назад

    Rabbiin maati jalala isin ha godhu wan hundahu gaarin isini ha xumuru

  • @IftuuHashim
    @IftuuHashim День назад

    Yaa obboletii tiyyaa sumyyaa rabbiin sii kabajuu ara abba mana keetii hamilee ofii irraa hin cabsiin😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Abshiri saidoo hin yaadiin rabbiin sii wajiin haa jiratuu maaliif atii rabbiin kee sujudii baqaa tan nama dhisii❤❤❤❤

  • @Akmaltube12
    @Akmaltube12 22 часа назад +1

    Rabbi wali isin hagalchu isin jaalana❤❤❤

  • @Hayaati-j3y
    @Hayaati-j3y 23 часа назад

    Sayidoo atii duranu fudhuu Sumaaya biraa demitee jechudhaa 😢😢😢😢 subahani Alha walahii qalibii Sumaaya iraa hini hofolituu sayidoo malifii gochaa kana hundaa malifii dalagida kalatimani hini futuu Kani midiyaa iratii gochaa kana hundaa hojaatuu fayyaa qabiduu atii

  • @SadaGabi-ou7lr
    @SadaGabi-ou7lr День назад

    Subanalaah Subanalaah yaa rabbi wani ilmooni tiyyaa tatu,uu hin bekkuu homma dubbadhu intala qabbaa

  • @Mamiitube
    @Mamiitube День назад

    Yaa rabii kiyaa saido koo wolh heduu qalbi koo cabsite rabii ilman kee wajin umrii sii haa dheresuu inshalla garuu dubin kun prnk waan ta,ef ayuu waan gudaa gotee naa futu male jechun kee sirii miti yoo sii fudhele akana mitii dhugaa shamaran tamu waan akana irraa ofii egaa 😢😢😢

  • @MakiaMakia-q4b
    @MakiaMakia-q4b 8 часов назад

    Sumayaa maloo this wanuma risqii nyatanii ata wolayii Rabi ke kadhadhu sayidoo garuu woni kunii rako guda kesa si galache hayii gara na nyate wolayii Rabi si ha lafisuu🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭

  • @WariyoMohammed
    @WariyoMohammed 2 часа назад

    Fuudhi maalo miciyyoo tana qalbii hin cabsinii rabbiin siif haa laaffisu ,🙏

  • @KadijjaSeid-ll6tz
    @KadijjaSeid-ll6tz День назад

    Ayuu sumayaa fii seidoo Adaan hin basiin dhisii kan biraa rabbiin siif habusuu dhisii jazaa kee rabiin ixifiin siif kenaa dhisii Ayuu 😢😢😢 ani sumayaan boyu ishii hin fedhuu gamachuu malee❤❤❤❤❤❤

  • @Khalsah-z3m
    @Khalsah-z3m 21 час назад

    Yaa suumaayaa koo Rabiif rasuulii jedhii ijolesaa itii argiisiisii ❤❤❤❤❤❤

  • @IkraamAbdi-j2v
    @IkraamAbdi-j2v День назад

    Intal baalage ajoottuu jaarsa namaa malee kan biraa akka sin fuune ajeeysaa sidibani wly ati amma yeroo summii dhuyde san mana haakimi keysatti osoo bakka ciifte sanitti hafte jazsbaa wahii wly silaa bakki ati jirtu san biyya namaa taatee ati jaarsa namaa ijaan laaltee jennaan osoo ifiif summii him dhuyne dhalaatu si obaasa ol jette dhiirsa niiti qabu osoo ijuma qofaan laalte inuu jaalachu dhiisi saree sareedha ati dhugaa indahum sareetu sirra wayyaadha adurre tan sammuu dhiiftee hudduu udaanitin yaadduu hayyee amma maal arkatte abbaafi ilmaan addaan baafte qammadi qarfaaffa ta akka teetii tana tan biyya balleysite qushaashaa dhiira sifuudhu dhabde qoroffee ammanuu tan akka teeti tuni tan salamtee quftee kara deemaan hundi itti baafachaa bira kutu bakka itti irkattu dhabaaf jaarsa namaa jala deemta silaan biiya ati jirtu san keysa jiraadhe bakka ati siree ciifte sanittiin dhufee banzilan si gubaa akkam ajooftu balbaltuu mee siifi sueyyaa walcinaa qabdee laaltee sumeyyaa haadha ijoollee lamaatu dachaan kudha lama sirra formii qabaa nyaattu kakattuu muka ija qabu goggoydu

  • @MusaMuhammed-vm9xs
    @MusaMuhammed-vm9xs 12 часов назад

    As wr wb sa’idoo amalli durbaa kadhaa hin jaalattu yoo kadhatte sitti boonti kanaaf furmaanni waahee sumayyaa caldhisuu ijoolleenillee homaa hin taatu boottee diina kee ufitti hin kolfisiisin raka’aa lama salaati rabbiin kadhadhu

  • @AminaaTulluuTulluu
    @AminaaTulluuTulluu День назад

    Sidoo rabiin sifii lafisuu hin dadahaa akkaa garaa ketii sifii haa godhuu inshalahaa jazaan namaa rabuu biraa sumayaa sidoon sii jalataa diman itii mudhisii

  • @AshuumohamedMohamed
    @AshuumohamedMohamed 22 часа назад

    Sumaya bayee garaa nama nyati miskina atti siluma fudha fedhi qabda malee mucayo kanara fagachu ni dandesa dhugaa rabbi 😢

  • @tajuhussain-bh8em
    @tajuhussain-bh8em 21 час назад

    Rabbin walin isinhabulshu sumayyalle Rabbin sifhalaffisu walirabbin isiinhagalchu

  • @IftuuMuumme
    @IftuuMuumme 21 час назад

    Rabbiin siif haa laaffisu
    Garuu numa fudhii jaartiin jalate hin Hayamtuu

  • @ayyanoro
    @ayyanoro День назад +2

    Miiciiyo. Rabbii. Siii. Umee. Sodadhuuu. Dhiisiii 😢

  • @obsituutube2028
    @obsituutube2028 23 часа назад

    Yoo wanti kun dhugaa tatee mucattin tun hireen isii hin milkayin dhugaa rabbii saree wayitii maliif abbaf ijollee addaa bastaa ati dhiiraa dhabdeemoo jazbaa qanyefadhuyuu atuu ati ni marattee moo dhiisii bultii jaraa kessaa bahii gurbaa amma arginan itti goydee kana ergaa durii essaa jirtaa abboo yoo dhugumaa tahee rabbii si haa danqaruu dirmaa