Dhisi atii qali ofifi si dubiisiite duraniisii 😢tana hadha qanye aka daima xiqo baxare isi godha 😢 walahi hiriya soba haga jarsa hin argetiin si jala demiitii 😂isinu himiite walahi yo jarsii kiya dhisi nama kana jedhe aba fedhe dhisu mirigan qaba jete dhuga garu isitu si dhise isinu himte ma ware yafiiti tunu qalituma ganada kenya taka tate yero hunda bochii aka nama roriifame godhatii R😂K❤
ruclips.net/video/bDSYvfpb8YM/видео.htmlsi=PNpZ1adFLtBQRKs9
Woliti araramaa isin lachuu dubii dhabati wan hin tanee asira hin fidina barana ijolema muslima dadhabne suban allaa Rabii isiin haa laafisu inshallah
Rabifii jedhaa dhisaa jaalalaa walinii dabarisitanii sanaa lalaa pls
Rozanii bultii qabdii baqa dhisi abboo kulsni dhisii kama gabata takara wojii nyatanii sanii lali😢😢😢😢 woni akkana hin tuu
Bultii yoo qabattee iccitii hirriyaa asirraattii dubbachuu qabdii
Wontti kun pirnk wly woliin Mari,atrani dalaga jirtani dawatonni gara lachutu wan bada bilashuma hin bareesina
Dhugaa jetee😂😂😂
Hiriyaa jeechuun Obooletti Aduyaffi Akhiirratii Tahuu beekii. Jabadhuu. Jabduu Oromiyyaa Qaali namaa ❤❤
Hiriyanii zabanaa fixaa qabaduu dhifii jasaa aragatee nanii siidhiitee najalaa fudhatii jeeteee❤❤❤❤❤
Dhugaa rabbii ijoolle kana biyyaa yamaniti hedduu jalladha obblaa fakkatu wly 😢😢😢 rabbii jedhaa walitt deb'i please ani Fakkeenyaa ♥️ sin godhacha ture rabbii keessaa sodadha parnk ta'elee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wali xiqqesina maloo yaa oromoo walif yadaa maloo garaa walii lafaa maloo 😢😢😢
Issin da,imaa jechudha kan mediya irratti afaan bantani 😝😝😝😝😝
kulanii dhugaa rabbii rozan wan kee wan hama hin dubbanee miraa kesaa bayii yoo dubbatuu ammallee hamaa wolifii hin qabdan jalalaa wolifi qabdanii kalelee harrallee asirratii osoo hin tanee kesan fixadhaa
ishen gafii dawwatotaa debiftee wan wolin isin bekanifi kulen hoo jedhanii gafatan debii kenitee malee hamtuu kee hin dubbanee tazgabayaa kesan fixadhaa isin lachuu rabbifii jechaa isin jaladhaa ❤💘💝
As wr wb obboollewwaan rabbii akki kun baay'ee isiin irraa fokkaata; yoo isiin dandaa'ame ; jalaala akka duraa saniitti deebi'a , ykn dubbii nurraa dhisaa; dhugaa rabbii ofii hin xiqqeesinaa 👌
Dhisii kuulani sirraa baareeduu ani isin lamanu wan sii kaabajuuf isiin irraa baaredu dhisi yoo rozaan dubaateellee caaldhisi kulanin yoo dubaateellee ati caaldhisii rooza❤❤❤🎉🎉🎉
Dhiisaa isin lachuu. Hiriyyaan yeroo bultii keessa jirani if yeroo bultii keessa hin jirree tokkoo mitii atis akkasitti hubadhu isiniin nama harka namaati bulu waan taateef.siifuis rabbiin hiree gaarii siif haa baasuu hiriyyaa yeroo single hundu ni jijjiramas Kan dhiiraas Kan dubaraas Walitti araaramaati walitti dhufee Ya keessan itti fufaa❤❤❤❤❤❤
Hin sobinaa isin lamaanuu you tube dalagadhaa🤣🤣🤣 worruma you tube kana dadhabne
Razan ajandaa barbadii atti dhisii❤❤❤
As wr wb
Yaa kulane dhiisii Wan garii waliin dabarsitanii. Hiin dhukube Tahaa. Dhigga hoodhatte. Bareedu dhiisii. Sii jalaatii. Dhiisii kulanee. Walii obsa 🙏🙏
Uuuuuuuf yaa rabbi nuraa qabbii sahibbaa akkana
Kulani dhiisi ati lubbu haqa kee rabbi siif haa baasu waan jarjartuf namni haqa ke dhossan dhalaan hogguu herumte sadarkaa Ida.atte seeti
Wanta kessan fixxachu qabdan kessan maliif hin xummure asira mood nurrati qabatan please rabsha nurra dhisa😢😢😢
Dhugaa keti Hiriyyaan kafana kana bodaa atis ishee irrati hin dalagin dhugaa 😢😢😢😢😢
Asalmaleekuum waramatulaahi wabarakatuu 💖dhiisii yaa kuulanii teenyaa isiinis gamatuumaa si jalaatuuf sii koomatee naamanii tookoo namaa hin fènee tookoo maqaisatuu hin kasuu saniifuu isiin lacuu wal jalatanii sanuumafii malee wamaa miitii dhiisaa 👏💖💖💖💞💞💞💞💞💞💞👑👑💋💋💋💋
Hirya Sobdu rabbiin nura haa qabu kanumaf hiraya durba jibba wly suban Allah
Si komate malee maal si jete namaa jaltan komatu
Heruma yoo ta'e atis herumika silaa umriin sira dema jira dhira garii barbadadhu herumi kabaja herumni
Rozan herumnan arakata gotii dhisii firra kulle to intalti afanin dhadhayxii gowwadha irra fagadhuu atii kulle ❤k🎉❤
𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐫𝐨𝐳𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐭𝐢 𝐛𝐞𝐲𝐭𝐚 𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐢 𝐠𝐨𝐨𝐰𝐚𝐧 𝐠𝐨𝐨𝐰𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐚𝐫𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮 𝐨𝐤🤔🤐🤐🤐
R &K woli jalatani fayumaa nuti qostani❤❤❤❤❤ woli jalatani wolif issn haa dhisuu ❤❤❤
Media irraatti waal himachuun fadhinaaa tahe baqa yaa rabbii bara akkamiii kessaa jiraa
Waa'aleeykumasalam warahamatullahi wabarakatuu yaa oboleti tiyaa rozaani homaa hin dubanee hammaa kee woollaahi atii gubaa fakesitaa malee dhugaamiti sababaa tokoo malee akanatii fakesitaa woollaahi billahi rozaani homatuu tee hin qabduu ququluu namatii dhabadhu yoo Rabbini sodatee amalee yoo qorii wajini nyatii saani ufataa walini ufataani saani yoo dagatee malee amalee rozaani namaa bultii kesaa jirtii yoo akka bultii isidhaa laqamatuu fetee malee 😢😢😢 woollaahi billahi amma boodaa video teesaani ilaluu jibee ayyii Kullani fi rozaani 😢😢😢😢
Wlh Dhugaa Tee Rabiin siif haa basuu my sister Hiriyaa Dhugaa Tan Akkaa Tetii Tan Dhugaa beytuu Rabiin siif haa kenuu Tan ishii siif haa kenuu
Wan baredaa wan diin rabii barachaa jirtuu ofii setaa wan baredaan diin rabii calu hin jiruu🥰
Nuu daqatoonii keesaan mal jeechaa ture beyttaa laakoodhaa. Barra wal fakkatanii. Issin booharra ture Amalee Rabiin kheyritti issinii haa fiixuu garru walin saxiiliinaa. ❤
Roozan Dhugaa jettee
Bultii isii jabeffachuu qabdii❤
Atii garaa jaabata yoo hasoftuu siraa beysisaa!😢
Hayi hiriyaa bara kana😢😢😢
Keer insha allah atii maa Akkaas duubata Rozaan hagaas maarayu hiidubane atiimoo keesa baate suuta duubadhu boor yoo woliti deebitan kuun qaanyidha
Ayii Pirank kessan 😅😅😅😂😝😝😝
Dhisa jarana woliin nyaatan wolii nyaatina
😂😂😂😂😂 Nutii isn jalana isan wali hin lolinaa❤❤❤
yaa Rabbii dhisaa Rabbiin jedhaa
𝙒𝙚𝙡𝙘𝙤𝙢𝙚 𝙡𝙪𝙗𝙪𝙠𝙤𝙤 🎉🎉
Abboo albulaa miceeti bultii ijartee hasidii ittii tataa
Kulleeye atumaan ira jiradhu ani siin jaladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ati dhifama jeeti itti dhiisi
haasofnee wol dhadhaha akka isin woljaalattan muldhisa please ararama. please rabbi jedha.
As wr wb akkam jirtaa fayyumaa kulanii garuu dhifaama wajini anile taka sif kometii si baresaa ibekuu atii dhisii inasan ofinu dhiftii kesani qururaa
Anii isiin laahu hin bekku garu garu yoo lalu rozaani badaa hin dubaane situ rakko qabaa
Waaliif dhiissa ajanda waal godhatiina😢😢😢
Ati dhiisii kullee ishiin yaa hasooftuu
Jarii pirnki godha jiruu warii kun roza arbsitu ykn kulanii arbsituu of adaba malee galata dhabina
Kuullee teenya kalaas dubbii dhaabaati walitti araramaa 😢❤❤
Isin lachuu ni sobdanii😂😂😂
😅😅😅😅😅😅😅😅 parkn egatani isinllee ammaa yaa umataaethiopaa jiruu jienyii itii qalllee jenanii ballaa wolitii busaa jiraa parkn akkaa tee bekkee jiraa ani Kulani
kuullee qashttii attii obsii hin Aarin hin jarjaarin
Wly hiriyaa bara kana azubilhaa 😊😊😊
Pink. Issitii beknee.jiraaa
Kunii pirakidha nuraa dhisaa 😮😮😮😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhufee prank sigodhuu
Piraki hojechaa jirtu fakataa k$ R❤❤❤❤❤
Abo walinii nyatanii walinii dhugdanii wanii bayee walinii dabrsitanii garuu dhabadhaa ofii lalaamee isilee itii dawalee akaa isinii debitee vidiyoo hin warbnee nii godhaa atisii waspini sii dubisee turee hadraa rabii kana malee debitee hin warabinii😢😢😢😢😢😢😢😢
Ummani dhuga hasawa hin jiiru waruma kana amena wa ja,un ajaiba namatii taha😅
Amallee bira hin hafu qabdu waan bayee waliin qabdani
Ati jala calisi dhifama walin jedha
Yoo hojii dhabdanii akkana
Umata gowaa dhugaa hin sa,hina sila dhugaa tate ol hin basn😂😂😂😂😂
Hin maaraatanii silaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hayii oromoo kaa senaa kesaa durabee hin yadanee wolii saxilufii gadii yatanii😢😢😢😢
Eega ujoolee tana namni walhin dhabne hin jiru keesaan fixadhaa qaaliiwan teena
Parti3fas akka yeroo gababbaati gadi nuuf dhiiftu abdii siraa aqbna namati tola😂😅
Ani gisen si lale walhyi dhalumhu hin shibu😢😢😢😢😢
Yutubaroni oromo kun yomuma waan garii hojjatu tuuu ijollee kana heddu jaladha roza follow irra kafadhe kunis sanumaf jirti ammaa😢
Woollaahi durbatu tuni gafaa woli loolte waani woli darbiste woli arbiste
😂😂😂😂😂😂😂🎉
Prankin lafa balleesse😢
Attii. Maa hin herumnee
Dhisaa wolit ararm😢😢😢
Piraaki 😂😂🎉😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
nama si’irranfate irranfadhu kha sixuqe fira xuqi
Atti akkam jirtaa tishii kakisa rakkaa jedhii
Pirnk nuu godha jirtanii moo akmii saa😂😂😂
Rozaa haadha booichaa😅michaa
Dhugaa rabbii roza miskina obboleti ufii sii resi ati kulani roza amshiri gara lafati nama
As wr wb Akkamii kulanii dhabadhuu wahumafii sija.aa
Isinii herunanii kulanii shemii wly 😢😢😢
Dhugaa himuuf yoo taate rozan hameenya tokko jennee , walquba qabnuu jettee malee,
Kulanii Ati maaltu akkatti si aarsa
Suuta jii dubadhuu,
Suuta waldubisaa waltagabeysaa?
Kulanii qabanaahi dhugaa😢
Dhisaa maloo buchewwaan koo Ani 2 keessanu bay'ee Jaladhaa
Kulani dhis dubbi kana wallah dubarti yoma wal sattarte irra wayya ajandaa of gotani wal hin fokkisina😢
Sobdanii pirank nu gochaa jirtu dura Kan midiyaa irraa Wal baastan erga woggaa tokkotii eessa jirtan😂😂😂😂
Wlh hni dabarra dhissa🤣🤣🤣
Kanaaf wali Galatani prank ofuu jirtan 😂😂
Aswrwb Mashaslasllaa ❤❤😢😅😂😊😅
Nama jibisiftani dhuga dubachuf nama wajin nyavhun hedu taka
yaa kulanii dhisii wanii akkanaa isinii iraa hi bareduu atii walii nyatanii yeroo dheree wajui jiratanii amnaa rabbifii jetee yoo dhiftee iraa sifii wayyaa
Akkaa qinqinii lukkuu godhatiiii😂😂😂😂
OK sirra jirata jabdhu ok
Rakkoon beera yeroo wal loltaan wanummaa walii dabaarsitaan wal araabsitaan
Magala RUclips qabanawe saa kule 😂😂😂 prank dhisa 😂😂😂
Mucati fayyaa hin qabdu moo maaf hiriyyaa walin nyatee misixiraa walii basuuf ol batanii iyyatan
Wan video warabduuf dhabdeee
Abboo kesaan fixadhaa jidduu kesaan jarsa ergadhaa
Pirankitti jirta kkkkkkk
Akkam goggodhati Kuni intalli suta dubbachuu hin beektu Sila reediyoo🤦
Kkkkkk
😂😂😁😁
Us kalbi mall sii galchee
Us bulgu hinaftu me akka isii kanatii hasahii yo dandeti qabatee sharmuxa
@@New-vc7ts galatoomi bareeddu Koo ykn bareeda!Ani suta jedhe haasaya akka isii ta'u hin danda'u tasgaabi qaba Alhamdulillah 🤲
Wal saaxila guyya wajjin salamtaniis harroota 😂😂😂😂😂😂😂
Dhisi atii qali ofifi si dubiisiite duraniisii 😢tana hadha qanye aka daima xiqo baxare isi godha 😢 walahi hiriya soba haga jarsa hin argetiin si jala demiitii 😂isinu himiite walahi yo jarsii kiya dhisi nama kana jedhe aba fedhe dhisu mirigan qaba jete dhuga garu isitu si dhise isinu himte ma ware yafiiti tunu qalituma ganada kenya taka tate yero hunda bochii aka nama roriifame godhatii R😂K❤
kuulanii hin arin habibtii