Atileet Salamoon Bareegaa| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Kanaan dura Medaaliyaa warqii Olompikii kan argate Salamoon Bareegaa dorgommii Olompikii dhufu irratti Itoophiyaa bakka bu’uun atileetota olaanoo sadan keessaa tokko ta’uun filatamera.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •