Mootii Nagaa - Abraham Tarre (Official Music Video)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 сен 2024
  • Official Video for “Mootii Nagaa” by Abraham Tarre
    Credits
    Singer: Abraham Tarre
    Title: Mootii Nagaa!
    Director: Gutu Bikila
    Director of Photography: Fikiru Haile
    Editing:Fikiru Haile & Bikiltu Getahun
    Color: Dawit Gizachew
    Music Arrangement: Yonatan Idosa
    Graphics: Brook Emiru (Harmee Graphics)
    Production: Qumbi Pictures
    Executive Producer: Abraham Tarre Tube
    Follow Abraham Tarre on
    RUclips: @abrahamtare
    #AbrahamTarre #MootiiNagaa
    WARNING!! unauthorized download and republish on any social media, reproduction, or distribution of this copyrighted work is illegal and may cause penalties for copyright infringement.
    © Abraham Tarre

Комментарии • 491

  • @kiyyaahassan7139
    @kiyyaahassan7139 Год назад +1

    Eebbifami yeroo hunda yesuusuma urga'a fooliin faarffanaa kee .(ተባረክ ሁሌም እየሱስን ይሸታል የመዝሙሮችህ ሽታ )

  • @adisuberisa
    @adisuberisa Год назад +4

    " Yesusi Hoolichi Kakuu Haaraa, Hoolichii Araara Abbaan itti Quufee!" Ameen Far. Abraham Tarree Waaqayyoo Bara Ke, Mana Ke, Jireenya Ke Ha Eebbisuu!

    • @kokoKokomo-ie9cx
      @kokoKokomo-ie9cx 5 месяцев назад

      Gaaltoomaa waaqayyoo isini haa Ebisuu 💓👏👏🤝👋

  • @user-bb2lz5wu7d
    @user-bb2lz5wu7d Год назад +10

    what a singer are you abraham!
    you are gift from jesus
    video quality 100%
    sound 100%
    lyrics 100%
    saxophone 100%
    message 100%
    thank you God fro your gift!

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 Год назад

      Kotuu matii nafa thii a qalii ❤

    • @gedefaabdi9346
      @gedefaabdi9346 11 месяцев назад

      🎉

    • @abenezerdaniel28
      @abenezerdaniel28 7 месяцев назад

      🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉​

  • @SollyDamisse
    @SollyDamisse Год назад +3

    እኔ የሀድያ ልጅ ነኝ ግን በጣም ነው የምወደው አብርሐም ❤❤❤ ቋንቋ በይገበኝም ደስ ይላል ተበረክ

  • @warkeybranoo9627
    @warkeybranoo9627 Год назад +1

    Ameeeeeen ameeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeen ebifamaa ebifamaa dacha maqa yesusin kristosin ebaf ta'a gutumaa bara kee ❤❤❤❤❤❤

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv Год назад +1

    Ameeeeen Ebbiifamaa waqayyoo Goftaan baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu Ebbiifamaa Abiram Goftaan waqaraa hayyaana siif haa dabaluu ebbbaaf afii bayyadhuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏✅✅✅✅

  • @TedhomeWoldesemayat
    @TedhomeWoldesemayat 9 месяцев назад

    የጌታ በረከት ይብዛላችሁ። የወንጌሉ መልክት ድንቅ ነው። አብርሽ ተባረክ ።

  • @halakeharo
    @halakeharo Год назад +5

    Ameeeeeeen. This is at the highest level. May every soul that listens to this song be renewed spiritually

  • @burte95
    @burte95 Год назад

    Nama waqayoo abbrii waqayoo baara kee haa ebbisuu waqeefanan kee huundu wangeeluuma dhuuga kana keessayii nama boqachiisa ba'ayee ebbiifami muuca kakku

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Год назад +2

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Ameeeeen 🙏 Ameeeeee Ebifamaa 👏🤲🤝👏💚❤️👏🤲🙏📖🙋👏🌻🥰💐🎉😭👏🙏🤲

  • @mathiashaile4479
    @mathiashaile4479 Год назад +2

    AMEN 🙏 GOD IS GOOD FOR ALL HUMAN OROMOO KOO GOOFTAA QOFAATU NUUF FURMAATA

  • @halakoery1400
    @halakoery1400 Год назад +1

    Amen Amen waaqayyoo sihaa Ebisuu Jabadhuuu kanumaa calaa Ayaani waaqayyoo sif habayatuu

  • @bikochannel7736
    @bikochannel7736 Год назад +2

    “Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti!”
    - Mul. 21:23 |Bless u bro!|

  • @yesusgooftadhaa
    @yesusgooftadhaa 7 дней назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @abeba3977
    @abeba3977 Год назад +1

    ኦኦኦኦኧ። አሜን ኢየሱስ ❤❤❤
    የቋንቋ በለቤት ኢየሱስ ነው

  • @tokkummaaguddisaa4874
    @tokkummaaguddisaa4874 Год назад

    Ayyaanichi ammallee dachaan siif haa baay'atu.....''Qalamee ofiisaa aarsaa arse....., Addaam jannaata keessaa nu yaase Yesuus dhufee achii ol nu dachaase...,'' Full of powerful, meaningful words!

  • @lalisad30
    @lalisad30 Год назад

    Uffee eebbifami eebbifamaa koo
    AMEEN~YESUUS HOOLAA ARAARAATI

  • @genetbiftu7863
    @genetbiftu7863 Год назад

    Ameeeeen ebbifamaa ebbifamaa🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🥰🥰🥰

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 Год назад +1

    Mucaa qaxalee nanaa ani jechan jedhee si eebbisu yoo jiraate waaqni waaqotaa inni dursee utuu ati gadameessa harmee kee keessatti hin uumamiin,hin dhalatiinis dursee hojii manasaaf addaan si baafate sun guutummaa baraaf tajaajila kee,jireenya kee dachaan dabalee siif haa eebbisu gufuu dibata afuuraaf foon kee haa buqqisu mormitoota tajaajila kee haa gonbisu jireenya bara baraatiif sihaa qopheessu dhaaltuu mootummaasaa sihaa taasifatu nuuf jiraadhu Abre qaxalee nama waaqayyoo baay'ee si jaallanna si kabajna ayyaana sirra jiruufis iddoo guddaa jechaaf gochaan ibsamuu hin dandeenye qabnaafi nuuf jabaadhu jabaa keenyaa hamaan kamiyyuu sin argiin argus sin danda'iin❤❤❤❤❤❤❤

  • @Eyesonjesus4ever
    @Eyesonjesus4ever Год назад +5

    This is amazing it renews our soul and reminds us the ultimate gift the lamb of God that took away the sin of the world !!!!!!! This song is anointed 🔥 👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾. Everything scripture based .
    Ebifam❤❤❤❤❤ I love how u sing scripture based all the time.
    And yes Jesus is coming soon!!!!!! No more tears sadness we do not need the sun for he himself will shine on us !!! Forever we will be with him .

  • @Space_and_Universe1
    @Space_and_Universe1 2 месяца назад

    Isa jannatatti nu dachaaseef galanni haa ta'u
    Abrish eebbifami

  • @tulikenea9930
    @tulikenea9930 Год назад

    NAMI wayya gurachaa uffatuu maalii.dukaani kufefferraa.

  • @dulengada3556
    @dulengada3556 8 месяцев назад

    Thank you Abrish you have preached old testament and new testament by your beautiful song may God bless you more abundantly

  • @danielelias1301
    @danielelias1301 Год назад

    Ameen eebbifami faarfaannaa hoolichaa iddoo Addaam isa duraan keessaa ari'amne karaa Addaam isa dhumaa Yesuus itti ol naqamne haaleluyyaa

  • @tigestermayse8641
    @tigestermayse8641 Год назад

    Amen Amen Amen ✅ 🙌 👏🏻 Egzaibher Minimi Yemisaha Nagere Yelemi Simu Yebareke La.Zamami Yegabahale 🤝🏽 ♥ ❤ ❤🎉🎉🎉

  • @worldchristianmedia12
    @worldchristianmedia12 Год назад +4

    Wow what amazing song .. with full of Gospel Message ... God Bless you Abiree

  • @IfaMedaksetube0904
    @IfaMedaksetube0904 Год назад +1

    God bless you abrish

  • @user-ls6dq9rb5z
    @user-ls6dq9rb5z Год назад

    Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen Ebbifamii Ameeeeeeen

  • @johndannyofficial1535
    @johndannyofficial1535 Год назад +2

    you are a big blessing abrishee.....deep music,,deep message of the cross...ebifam dhugaaaa

  • @EshetuLema-qc4bv
    @EshetuLema-qc4bv 3 месяца назад

    Baay'ee ebifamii

  • @elinethiopia1023
    @elinethiopia1023 Год назад

    Eebbifami dachaa maqaa yesusin jaalatamaa nama waaqayyoo ❤❤❤❤❤

  • @yadasafayera1225
    @yadasafayera1225 Год назад

    Yesustu herrega cubbuu du'ee lubbuudhaan cufee 🙏🙏🎶🎶✊Ameen Ameen guddaa eebbifamii Abrihaam

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 Год назад

    Ameen elelelelelelelelel Eebbifami Abre Eebbifamaa Hundumti Keessanuu ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @aynale4535
    @aynale4535 Год назад

    Amen amen amen ashuuu ashuuu ashuuu ashuuu ashuuu amen amen Waaqayyoo gooftaan si haa Eebbisuu Eebbifamii Eebbifamii Eebbifamii Eebbifamii Eebbifamii hundumaa keessan haa Eebbisuu Yesus Yesus amen amen ili uuufffeeeeeee

  • @kibrebanti5171
    @kibrebanti5171 Год назад

    eebbifamii nama waaqaa

  • @sarahhayiluu4226
    @sarahhayiluu4226 Год назад

    Ebbifama ❤️🙏👏🙌

  • @DagimDemissie-mg4ok
    @DagimDemissie-mg4ok Год назад

    Waaqayyo sihaa eebbisu

  • @BeyeneJarso-de2wj
    @BeyeneJarso-de2wj Год назад

    Dhugaan Hafuurri Waaqayyoo Si Waliin haa ta'u Ammas!!!!!

  • @YosefDayamo-rk4mc
    @YosefDayamo-rk4mc Год назад

    Waaqayyo obboleessa koo haa eebbisu

  • @MultiBerhanu
    @MultiBerhanu 9 месяцев назад

    Ebbifamaa!!!!!

  • @GirmaEjeta-p5q
    @GirmaEjeta-p5q Год назад

    Nama Ebbaa ta'ii.

  • @kombikombii4029
    @kombikombii4029 Год назад

    Nuuf jiraadhu Qaxaalee mucaa yesus ayyaanii isaa sif haa dabalamuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780

    Ameeeennnn Ashuuu Dach Eebbifama

  • @hikaemana-pg9li
    @hikaemana-pg9li Год назад +2

    Revival song!! Abirish may the Almighy God blesses aboundtly you more

  • @kenenisakejela5558
    @kenenisakejela5558 7 месяцев назад

    frankly, this fantastic poem from the Old Testament looks like Moses' sacrifice for the sin of the nation of God of Israel

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 Год назад +1

    Ammee Ammee ebbiifama 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🙏🙏🙏

  • @gebisafeleke7105
    @gebisafeleke7105 Год назад

    Eebbifamii ABR

  • @BiliseSorrsa
    @BiliseSorrsa 4 месяца назад

    Ameeenii ebbifamaa

  • @FireeSeenaa
    @FireeSeenaa Год назад

    Eebbifami Nama waaqayyoo

  • @ayanabultuma5550
    @ayanabultuma5550 Год назад

    Dachaa dachaa gooftaan si ha eebbisu ammaayyu kana caala wqy ayyaana isa sif haa kennu garaakoo na qabaneeffate ufeeeeeeee ammeen

  • @dejudeju-yb8ib
    @dejudeju-yb8ib Год назад

    Hubannaa kee isa gadi fagoo, dandeettii aartii fi afuuraa ati asirratti argisiifte baay'een raajeffadhe. Waaqayyo inni kana hundatti si gargaare haa galatoomu.

  • @alemituterefa5113
    @alemituterefa5113 Год назад

    Ebbifami Abire ebbifama ijoolle wqy ayyaani gooftaa dabalee dabalee isiinif haa baay atu hundumaa keessanif

  • @alawalawalaw3943
    @alawalawalaw3943 Год назад

    Wow ayyannichii siif Haa bayyatuu

  • @birhanutolasa7062
    @birhanutolasa7062 Год назад +1

    Wow amazing song and hymn . Blessed in the mighty name of Jesus Christ

    • @ShewuErba-vp3iz
      @ShewuErba-vp3iz Год назад

      Waqayoo sifi ebisu abreham tere si jaladhaa n

  • @tigistlove7918
    @tigistlove7918 Год назад

    Ameeeen ameeeen ameeen eebbifami abre

  • @boniitube8775
    @boniitube8775 Год назад

    Ameeen ameeen ameeen ebbifami A

  • @TurkeyAnman
    @TurkeyAnman Год назад

    Ameen ameen ebifamaa

  • @ashakabadda2022
    @ashakabadda2022 Год назад

    Bagaa nagaa dhuftee Abbee Koo Ayyaan Siif Haa bayatuu ebbifamaa namaa Waaqayyoo Ayyaan dachaa dachaa Siif Haa bayatuu uuuuufffffff

  • @shaltoonaser3220
    @shaltoonaser3220 Год назад +1

    Ameen Ameeen ❤❤❤❤❤❤duwaatii hafee angon kee ya dabiloosi

  • @DestaMucaakakuuharaa
    @DestaMucaakakuuharaa Год назад

    Iyesusu gootfaadba Ameeeeeeeeen waqaayyo si ha Ebbifama maqaa iyesusu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ebey128
    @ebey128 Год назад +3

    What a beautiful and powerful song❤ Bless you more Abrish💓🙏

  • @yohanesderesa3873
    @yohanesderesa3873 Год назад +1

    farfannaafi farfaataa ajaa'ibati ebbifami gameessa koo

  • @iyasumulu9669
    @iyasumulu9669 Год назад

    abiree dhugaa dubbachuuf ati addadha! waaqayyo baga si gargaare! faarsaa kee namoonni amntaa pheenxee qofa osoo hin taane ortodoksiillee ni dhaggeeffatu waaqayyo dachaa si haa eebbisu hojii qulqulluu hojjechuu kee itti fufi! bible irraa faarsuun kee immoo warra kaan irraa adda si godha jabaadhu

  • @msekerameisjesus5503
    @msekerameisjesus5503 Год назад

    Wow ameeenn tabarekuu ❤️❤️🎵🎵🎵🙏🙏🙏🤲🤲🤲📖🔥🔥🔥🔥

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv Год назад

    Uuuuuuuuuufff boqana Namaaf keenaa hojjiin kee Yeroo Hundumaa nuu caalaa waqayyoo siit haa gamaduu Abirishii Ebbiifamaa Namaa

  • @megersaasefa6868
    @megersaasefa6868 Год назад

    Waaqni si ha eebisu

  • @user-zd9ul1nl2oAbee
    @user-zd9ul1nl2oAbee Год назад

    Ebbbiifama dacha kanacala ayani sif habayatu barakesan farfata hafaa

  • @bekelcheetemesgen5906
    @bekelcheetemesgen5906 Год назад

    Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamaa maqaa yesus

  • @AdaneSime
    @AdaneSime 2 дня назад

    ❤❤❤❤❤❤anen adrham

  • @user-wb2ve8gx4k
    @user-wb2ve8gx4k Год назад

    Ameeeeeen Ebbifami goftaan sihaa Ebbisuu Amma Iyyuu Ayyannii dacha sifhaadabalamu

  • @GirmaSenbeta-dn6zn
    @GirmaSenbeta-dn6zn Год назад

    Ameeen ebifamaa

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 Год назад

    Wawu baayee baayee namati tola ebbifami farsani kee hundii macafaa qulqulluu keessati hundu baayee namati tola ebbifami abrham ❤❤

  • @lemijilcha7895
    @lemijilcha7895 Год назад

    Abrish waqaayyoo siyaa ebbiisuu ishii

  • @Gaaddisahaqaa54
    @Gaaddisahaqaa54 Год назад

    Dachaa dachaan Si haa eebbisu, Abbaan Kennichaa Yesuus

  • @MartinaJohanna-x2o
    @MartinaJohanna-x2o 20 дней назад

    FAARSAA ATI FAARFATTU DHAGGEEFFACHUUN MACAAFA QULQULLUU DUBBISUU JECHUUDHA!!!Eebbifami ABIRE

  • @firaoldinkisa4604
    @firaoldinkisa4604 Год назад

    Eebbifamii guddaa

  • @bonstowariyodehko1648
    @bonstowariyodehko1648 Год назад +1

    Ameeeen Ameeeen 🤲 ebbifama 🤲 Ameeeen Ameeeen 🤲 ebbifama 🤲

  • @Kakulamutube1028
    @Kakulamutube1028 Год назад

    Abree Eebbifamaa keenya
    Waaqayyo Ayyaana kana sirratti haa dabalu!

  • @BokeFana
    @BokeFana Месяц назад

    Ameeeeeen ameeeeeen ❤

  • @MartaJevara
    @MartaJevara Месяц назад

    Jechaa dhabeen dhisee wa, ee farfannoota atii farfattuu innii ayanaa kanaa fagatuu sirraa ka, ee haa kabajamuu💝💝💝💝💝💝💌💌💌💌💌💌🎉🎉🎉🎉🎉🎉u🙏🙏🙏

  • @eelshaadaytubesingerdaniel9224

    Ebbifami guddaa

  • @ebbaa
    @ebbaa Год назад

    Farfannaa biyya kessaa Afaan hedduun nan dhaggeeffadhaa kan A/Oromo yeroo hunda wa'ee Yesuus faarsuu wallitti hidhata isa wajjin qaban naan dinqisiifadha.

  • @efadina6401
    @efadina6401 6 месяцев назад

    Mootii Araaraa Yesuus meerree yaa du'aa angoonkee

  • @TsaguGeta-ze1wi
    @TsaguGeta-ze1wi Год назад

    Wawa abrii kenyaa

  • @derejeboja4703
    @derejeboja4703 Год назад

    Maanyaa namaa Waaqayyo si haa eebbisu. Eebbi dachaan faarfannaa baay'een mana kee keessaa hin dhabamin

  • @gudisafayisa9632
    @gudisafayisa9632 Год назад

    Eebbifami Abrish

  • @ashakabadda2022
    @ashakabadda2022 Год назад

    Ameeen Haleeeluuuyyyyaaaaaaa uuuuuuuùffff yesuus Mo'aa dhaa 💋💋💘💘💘💘💘💘💘

  • @fireyotalemu1689
    @fireyotalemu1689 Год назад

    Waqayyoo baraa kee haa ebbisuu dhugaa macaafaa qulquuludhaa farfataa gaaraa waqayyoo sitii haa boqatuu❤❤

  • @singergemechistesema8195
    @singergemechistesema8195 Год назад

    Abrishkoo naaf eebbifamii

  • @linamade6042
    @linamade6042 Год назад

    Ammeeen ammmeeeen ammmeeeen ammmeeeen Eebiifaamii mudhaa waqayoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TamiraatDarajee-pz6pp
    @TamiraatDarajee-pz6pp Год назад

    GOD BLESS YOU Abrshi

  • @bidikabikila8943
    @bidikabikila8943 Год назад

    Maal jedhee akkan si galateeffadhu hin beeku. Waaqayyo bara kee fi tajaajila kee haa eeebbisu! Wangeelli akkasitti lallabama. Jabaadhu!! Waa'ee Shiroo fi carqii itti hin makin. Akkasumatti ergaa Sagalee Waaqayyoo lallabi. Sin jaalladha, sin kabajas!!

  • @bojakebeofficial5720
    @bojakebeofficial5720 Год назад

    Dhugaa erga Ganamaa inuman eegaa

  • @CPUComputerSchool
    @CPUComputerSchool Год назад

    Waqaayyoo gooftaan si yaa Eebbisu. Dhugaati Hafurrii qulqulluun sii waaliin jira. Ayyaana waqaayyoo tu sirra ifa.

  • @fefc2f179
    @fefc2f179 Год назад

    Farsa kana yeero meeqan dhagefadhe farfaatan Abraham tarre farsan isaa hundi waangeela kessadha dhuga waqayyoo kana caalaa sii haa gaargaruu ❤❤❤

  • @abebetajebe1691
    @abebetajebe1691 Год назад +1

    faarfannaa baay'ee nama eebbisudha!

  • @elinethiopia1023
    @elinethiopia1023 Год назад

    Eebbifamaa dachaa maqaa yesusin maatii gooftaa 💔💔💔💔💔💔

  • @Kebene-o3b
    @Kebene-o3b Год назад

    Eebbifami obbolesa koo

  • @tigisteetafarii5686
    @tigisteetafarii5686 Год назад

    Ameeeen Ameeeen. Ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama. Dacha.dacha Dacha.dacha ❤❤

  • @chaltuebiyo417
    @chaltuebiyo417 Год назад

    Obboleessa Jaallatamaa nana ayyaanomi🥰