Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 25 июн 2024
  • Diraamaa Guddifachaa,Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti Afaan Amaaraan hojetame. artistoottoonni Itiyoophiyaa bebbeekamoon kan irratti hirmaatan, qabeenyaafi aadaa,safuun Oromoo kan keessatti guddatee mul'ate.
  • РазвлеченияРазвлечения

Комментарии • 624

  • @user-zt7qr9px3t
    @user-zt7qr9px3t 20 дней назад +75

    እዉነት ደሥ የሚልና አሥተማሪ ድራማነዉ እግዚያብሄር ዘረኝነትን አጥፍቶ ፍቅርን አድነትን ይሥጠን 😢😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @motigirma-mf4ld
    @motigirma-mf4ld Месяц назад +101

    Warrii isin Afaan Kenyaa Kenyaa jetanii Sabnii birraan Akka irraa baruuf Malee Afaan Oromoo jibbee miti

    • @HilifMathewos
      @HilifMathewos Месяц назад +4

      maal irraa barata sabni biraa kanarraa? guddifachaa yoo tahe hunduu nii beeka.
      siyaasa ofii ittiin geggeefachuun irran hafe ergaa biraa hin qabu

    • @makiama9561
      @makiama9561 Месяц назад +1

      ​@@HilifMathewoskkkkkkk🙄

    • @malaasia6260
      @malaasia6260 26 дней назад +1

      Sabni bira ni ilaala jettanituu

    • @Genet800
      @Genet800 25 дней назад

      Wow

    • @FiraolTeshome-do3et
      @FiraolTeshome-do3et 24 дня назад +1

      @@HilifMathewos
      waa'ee sirna guddifachaa oromoo haasa'uun duratti qubuma afaan oromootuu sirnaan barreessuu bari. Dull-witted

  • @user-bg2dc1wp3o
    @user-bg2dc1wp3o 20 дней назад +39

    Wawao😮❤
    Garuu yeroo oromiiffaaan hasaan "amarifaan" jaalatii osoo hikkitanii garriidha .
    Akkasumaa yeroo amariffaan hasaan "oromiifaati" osoo hikktanii barreeffaaman bayyee garrii ture .kan amarifaa dhagenyee barreeffama dubisee hubbata akkasumaa kan oromifaa hin beknee bareefaman nii hubbatu ✍🏼🥰👏

  • @Rutkebede
    @Rutkebede 24 дня назад +41

    Wow በጣም ደስ የሚል ድራማ ነው የኦሮሞ ባህል የሚሳይ ለሁሉም የኢትዮጵያ ማህበረሰብ የሚሳይ ነው

    • @user-en6um2cv4s
      @user-en6um2cv4s 22 дня назад

      ተይ ባክሽ😂😂😂😂

    • @user-yu2eo2gw6f
      @user-yu2eo2gw6f 22 дня назад +1

      ገዳይነቱን እንዳታሰተምሩን ብቻ

    • @user-rr4mt5eu5u
      @user-rr4mt5eu5u 21 день назад +1

      ​@@user-yu2eo2gw6f😂😂😂😂እኮ ደሞኮ ጓጉቸ ነበር የመጣሁተ እነሱ ሲሆኑ ሳላየወ ዘጋኝ🤑

    • @EmaHewotiy
      @EmaHewotiy 18 дней назад

      @@user-rr4mt5eu5u እኔስ ብትይ

    • @EmaHewotiy
      @EmaHewotiy 18 дней назад +1

      @@Rutkebede ጭራሽ ኦሮሞን ባህል አላልሽም ባህላቸሁማ ታየ ሰውን መግደል ሳንፈልግ ዘረኛ አረጋችሁን

  • @netsanetgosa8917
    @netsanetgosa8917 24 дня назад +28

    ከጅምሩ በጣም ደስ የሚል እና የሚያጓጓ ድራማ በርቱልን❤

  • @user-zz4xw3ut6x
    @user-zz4xw3ut6x Месяц назад +43

    Errrrrrr betasaboch ye film badeb yemitayi film new like ena share argut

  • @betregiyontube
    @betregiyontube 22 дня назад +16

    በጣም አሪፍ ነው ግነ ትረጉሙን ከስር ብትፅፉት አሪፍ ነበረ

    • @Alemf2k
      @Alemf2k 21 день назад

      ጉዲ ፈቻ ማለት በኦሮሞ ትልቅ ባህል ነዉ ከት መጣህ ሳይባል ወላድ የሌላቸዉን አቀቅመ ደካሞችን የሚያሳድግ ማለት ነዉ

  • @NuranMohammed
    @NuranMohammed 23 дня назад +31

    Dhugaa dubbachuuf filmii ajaa'ibaati itti nuuf fufaa artistootni keenya isin jaalanna. Garuu afaan oromootiin jalatti barreeffamaan yoo hiikame daran bareedaadha natti fakkaata. Mee warri afaan oromootiin jalatti nuuf haa hiikamuu jettan harkaan nu garsiisaa❤❤❤

    • @chalaadam7879
      @chalaadam7879 21 день назад

      ☝️☝️

    • @serkalemebisa6178
      @serkalemebisa6178 21 день назад

      Eeyyee dhugaa keedha baayeen keenyi hikaa isaa hin beeknu osoo afaan oromooti nuuf hiikamee baayee gariidha akkaa yadaa kootti waan hundaaf barumsaa bareeda dabasa

    • @kumeoromiya4019
      @kumeoromiya4019 19 дней назад

      👍👍

  • @dxbdxa6375
    @dxbdxa6375 18 дней назад +8

    ሁላችንም ከዘረኝነት እንውጣ ሰለ አንዴት ሀገራችን እናስብ ምነው በፊት በአንድ የቴሌቭዥን ማሰራጫ የሁሉንም ብሄር ሳንመርጥ ቁጩ ብለን እናይ ነበር አይ ጌዜ ደጉ 😢😢😢😢😢😢😢

  • @AnwerAbdii
    @AnwerAbdii 21 день назад +12

    Waw nama dinqisisaa OBN afaan diraamaa amariffaatin gadi dhiisun isaa hedduu na ajaaibes natti toles qabeenya oromiyaa ummanni oromoo hangam tokko jalala Akka beeku ummata kaanitti nuuf argisiisaa ❤🙏

  • @SelamSuyume
    @SelamSuyume Месяц назад +14

    በጣም በጣም የሚገርም ድራማ ነው

  • @tegeneasefa112
    @tegeneasefa112 27 дней назад +9

    Dhugaa dubbachuuf waan dinqiidha kan isaan hojjetan❤❤❤❤
    Waa'ee keenya akkatti addunyaatti mullisuun isaanis baay'eetti nama gammachiisa❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
    Galatoomaa!!🙏🙏🙏

  • @F7hey
    @F7hey 15 дней назад +4

    በጣም ያምራል ጀግና ሴት ያለበት ፍልም ስወድ

  • @gutatolasa
    @gutatolasa 21 день назад +5

    Baay'ee suusii nama qabsiisa
    Diraamaa ajaa'ibaati
    Afaan oromootiin jalatti osoo hiikamee caalaatti bareeda jedheen yaada❤❤💚💚❤❤❤

  • @tig59905
    @tig59905 19 дней назад +18

    ደስ የሚል ባህል ነው ግን አንድ አስታዬት አለኝ አፍን ኦርሞ ነሚናገሩት ፓርት ላይ ፕሊስ በ አማሪኛ በፁፍ ወይም በድምፅ ቶርጉሙት በተረፈ ምርጥ ስራ ነው 👌👏👏

  • @user-bj9qm1rm7n
    @user-bj9qm1rm7n 22 дня назад +7

    🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏ቃላት የለኝም ለዚህ ፊልም እግዚአብሔርን ሀቀኛ ፊልም ነው ውይ 😢😢😢 yarabii koo nufii jiraadha waqayone esiine yaqareqaru galatoma esiine jaalatamitotaa 🙏❤️❤️❤️❤️❤❤❤❤

  • @user-bb6vi5bf2m
    @user-bb6vi5bf2m 23 дня назад +5

    Waw በጣም አርፍ ስራ ነው ተዋናዮች በጣም ጎበዝ ናቸዉ በርቱ

  • @ZenaYadani
    @ZenaYadani 9 дней назад +2

    ልክ እንዳ እራኛዬ ድራማ ዳስ ይሚል ድራማ ነው ባርቱ

  • @user-lt7ib8wd4i
    @user-lt7ib8wd4i 18 дней назад +4

    ባህሌን ባህሌን ያደኩበትን ilove my Coulter Guddifachaa ❤

  • @sofi-rv1tz
    @sofi-rv1tz 20 дней назад +10

    ዘረኝነት ጥንብ ናት ይመቻችሁ❤

  • @anasahmade2368
    @anasahmade2368 День назад +1

    Waan siilaa oromon hojjetuu qabuu turee❤

  • @kiyaye050
    @kiyaye050 4 дня назад +1

    😢😢😢አላህ የድሯ ፍቅራችን ይመልስልን❤❤❤💛💛💛💚💚💚

  • @Dhugaatokko
    @Dhugaatokko Месяц назад +17

    akka yaada kiyyaatti film seenaa dhugaa rakkinaa oromoo gujiii ,seenna oraomaa godinaalle biraa dabaiaaatte jira. kanaafuuu film seennnss dhugaaa waan qabuuuf guddumaa nata tolee. dhimmaa afaan walqabaatte ka"e worri kaaba rakkinaa keenyaa hin beekan , warraa nu rakkisaanis hin beekan waan ta"eef afaan oromootille fi amaraallee kutaa baayy"e yoo dhiyyyaa ni barbaanna. namooni yaada kachaanu osoo yadaa bilchaata kanyee gaarii[hoosee] . kun aartii oromoo guddisuu akkasumaas rakkoo ummataa keenya iftaatti baasu keessatti gaheee ol"aana qaba. filmichii afaan oromoolle haa dhiyyaatu yaada ummataa kenyaa bira ka"u isaa guddaa waan ta"eef xiyyafannoo argachuu qaba. filmichii yoo xiqqaatte kutaa 600 ol qabachuu qaba. ammas aadaawwaan oromaa godinaallee garagaraa jira kana caalaa itti dabaalamu qabu. kutaawwaan oromiyyaa 11 of keessa qabachuu qaba. waan itti dabaalamu hundaa itti dabaluu qabdu . filmichii yeroo gadi dhiisu qabdu . torbaati yeroo meeqa akka gadi dhiifamu beeksisuu qabdu. artisootta oromoollee itti dabaalu qabdu . akka kiyyaatti dhugaa ummataa keenyaa keessa jiru irra waan ka"e baayy"e baayy:e nata toleera . dalaataan dhimmi albuudani walqaaatu rakkoo cimaa lubbu kumaataman lakka"amuu kan galaafatee akkasumaas ummataa keenyaa keemikalli lagaa dambiii ila[ija] , harkaa' miila, guraa isaan midhee hin dagaatamu osoo waa"ee midhaa ummaata keenyaa sabaaaba aibuuda godinaa gujii kesaatti t"a jiru sallee itti dabaatan baay"ea namatti tolaa. dagaggoonni fayyidaa tokkollee aibuuuda irra argaacha hin jiraan. misoonimni naannoo albuuuda keesaatti hojjaama hin jiru. kanaafuu rakkoo misoomaa nannoo albuuda keesaatti ibsaamu qaba. filmiichi kutaa bayy"e dhiyyaachuu qaba. jabaadha.

    • @IRReTube
      @IRReTube Месяц назад +3

      Afaan rakkoo qabaatee osoo hin taane maaliif artistoonni keenya diraamaa kana keessatti hin hammatamne moo artistoota ormaatu gamaa dhufee aadaa keenya nuuf beeksisaa moo aristootni oromoo aadaa saba isaanii baasanii addunyaatti mullisuu hin dandahanii kuni akka kiyyaatti waan sirrii natti hin fakkaatu

  • @NadhiiMahammad-ti1uy
    @NadhiiMahammad-ti1uy 27 дней назад +8

    Afaan keenyaa nuuf hiikaa baayyee natti toolaa jiraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jibrilesmael950
    @jibrilesmael950 Месяц назад +17

    afaan oromoottis hiikamees osoo hojjatamee bareeda❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-rj4pi6gv9s
    @user-rj4pi6gv9s 17 дней назад +5

    Oro my king oromo bamahon yemikorabat like adrg❤❤❤

  • @DebelaBededa
    @DebelaBededa 21 день назад +6

    Woooow waan bayyee namatti Toludha Adaa keenya nuuf guddisaa ❤

  • @Rahimaa-rn4jo
    @Rahimaa-rn4jo 24 дня назад +5

    Wanii garii dhaa akaa saba fii sablamonii biro iraa barnii nufii godhaa oromonii utubaa hudetii❤❤❤

  • @NadhiiNadhishaa-bj9mo
    @NadhiiNadhishaa-bj9mo 25 дней назад +3

    Dhugaa dubachuuf dirammaa barredda garruu irmanan artistotta afaan oromoo dubbattannii Bay,ee xiqadhaa ❤❤❤❤ from hargeisa somal land

  • @HannachalumaaHannachalumaa
    @HannachalumaaHannachalumaa 26 дней назад +5

    dhugaa rabbi oromiffa se,een ture garuu haa ta,uu barredda jabadhaa nutti duruu culture midhaga qabnaa

  • @Tofik1388
    @Tofik1388 22 дня назад +2

    Ani dhugaa rabbi dubbachuuf diramaan kun waan itti fuufu natti hin fakkaatu ana baayy'ee natti toleera jabaadha jechuu malee waanan jedhu hin qabu❤❤❤❤❤❤❤

  • @GelilaGelila-vi5ut
    @GelilaGelila-vi5ut 15 дней назад +3

    Wow diraama sakaalaan yaadadhee addaa Oromoo sirriitti mulisaa jabaadha ❤❤❤

  • @WerkeAbebe-xw2fq
    @WerkeAbebe-xw2fq 16 дней назад +2

    Yaa oromoo koo waqayoo amumalee badhadhii Dagagii atii olumaa .....dini kee Gadumaa ❤❤❤❤❤❤

  • @alwanmohamed2941
    @alwanmohamed2941 Месяц назад +10

    Afaan oromoottis yoo geeddarame
    Gaari ta'a jabaadha

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 25 дней назад +4

    Afaan oromotin irraa nu debbi'amee ❤ ani afaan hin dhagau garuu nama hawwata jabbadhaa oromoko❤

  • @kiya2127
    @kiya2127 26 дней назад +59

    Wow betam des yelal yemigarm film new hulum oromo be mahone ekoralew ye migarm culture new yelen

    • @monettubeofficial4563
      @monettubeofficial4563 23 дня назад +1

      Hulum oromoo aymeselem

    • @belyanjemal5144
      @belyanjemal5144 21 день назад +3

      Me too my blood

    • @mekdesazene7427
      @mekdesazene7427 19 дней назад +1

      😂😂😂😂😂😃

    • @EmandaLema
      @EmandaLema 18 дней назад +4

      Ethiopiawi nachew 🇪🇹

    • @hanlove412
      @hanlove412 18 дней назад

      ​@@monettubeofficial4563ታሪኩ በኦሮሞ ማህበረሰብ ያጠነጠነ ነው

  • @ObssaaKadir
    @ObssaaKadir 28 дней назад +10

    Wanuma fedhe ha ta'uu video kun baye lallamu qaba dhuga rabbi

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii9036 22 дня назад +3

    Bara oromoo aadaa ofii dagatetti oromi aadaa teenna jaalattee maashaallaa ❤

  • @jaletatufa254
    @jaletatufa254 15 дней назад +1

    Please yeroo afaan oromoodhan ta'uu akka draman sun baareduuf afaan amariffaa fi afaan egliffatti otoo hiiktanii baay'ee bareeda.

  • @lomiamara9183
    @lomiamara9183 2 дня назад +1

    Wawo 1 new ❤❤❤❤❤

  • @user-qp8tm5gu8n
    @user-qp8tm5gu8n 13 дней назад

    Wow OROMOO KOO ❤DHUGAA Wanumaa badee hin qabu.sabnii biraa malummaa OROMOO fi oromiyaa akkanatii hubbachun isanii namatti tolaa❤

  • @WorkuBudema
    @WorkuBudema 26 дней назад +1

    Wow Amazing 🎉😮 filmi ajaa,iba Oromon keessatti of arguudha fi of muldhisuudha

  • @TERY411
    @TERY411 3 дня назад +1

    እያለቀስኩ ነው ያየሁት😢❤

  • @FeteneChala
    @FeteneChala 18 дней назад

    Wowo nuf jiradhaa kun adaa oromoo ifaa godhuuf hedduu barbaichsadhaa jalqabni isatuu hedduu nama hawwataa❤❤❤❤❤❤

  • @user-dv6jh2lq8l
    @user-dv6jh2lq8l 27 дней назад +3

    አሪፍ ነው በርቱ❤

  • @Genet800
    @Genet800 25 дней назад +22

    Warii maali afaan keenyaan hojetamu dide jeetani nuuti addaa keenya ni beekna warri afaan keenya seena keenya dudhaa keenya hin beeknee oromon sabba gudda akka ta'e kan hin beekne jiraa kanaf oromof oromiyaan maal akka ta'e warra afaan oromo hin beeknef hojetamun isaa baay'ee naa bonse warii oromon keniya dhufe madcasker dhufe jeetuu gaaf kana argituu iddi eshii akka dhabatuu naan amana oromo karaa adeemtu miti kadhatus miti kanaf afaan dhageesun barsisuun gaaridha yaa dhigaa koo

  • @TigstBirhanu-lg8ym
    @TigstBirhanu-lg8ym 23 дня назад +2

    ❤❤❤❤❤❤❤wwwaa bayee namatii tolaa dhugaa ittii fufaa❤❤❤❤

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum 24 дня назад +4

    Baayee bareeda qophiin keessani❤❤❤❤

  • @MaartiiBirhenu-ub9pp
    @MaartiiBirhenu-ub9pp 17 дней назад

    Wow seenafi Addaa oromo , dhugaa jiruudhaa kunii 🎉🎉🎉

  • @Rahmatemam-p7g
    @Rahmatemam-p7g 5 дней назад

    Wow des yemil dirama new ketilubet

  • @ayantuu3956
    @ayantuu3956 25 дней назад +4

    Dhugaa harmeen oroomoo tatee ifaa bafamee hojatame yigarmal😢

  • @eyerusdeselu2870
    @eyerusdeselu2870 18 дней назад +1

    Wowow bay'ee diqisifadhee Adaa oromoo akkaa idoo gudaa qabuun himamefii hin bekuu karaa gaaritiin issaa jirtuu ulfinaa argadhaa oromoon sirnaa dimokiraasiin bulchaa turee sirnaa gadaatin galataa argadhaa tatoonis woow 👌

  • @NatnaelTefera-rr1ly
    @NatnaelTefera-rr1ly 9 дней назад +3

    Please kindly add subtitle for oromo version either in english or amharic if the whole intention so others who couldn't understand could understand the concept of Gudifecha in each blessing from elders and native Oromo speakers from the scene.

  • @yomefgirma
    @yomefgirma Месяц назад +6

    Keenya afaan banee taa'ee oduu qofa odeessa ormi seenaa keenya dabsee akka isaaf tolutti godhee hojjeta

  • @Genet800
    @Genet800 25 дней назад +3

    Uuuuufee eyyuu namni akka koo gaaran siin hammate maaloo😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Kaa-fs6jf
    @Kaa-fs6jf 22 дня назад +1

    Wawooo batam das bilonyal ❤❤❤❤❤❤ katilubat baay,ee naati tolera itti fufaa❤❤❤❤❤

  • @mohammedkelifa3280
    @mohammedkelifa3280 21 день назад +2

    Oromoon safu qaba ,qaaniidha beekha yoom maati fuuldurattii waan hin taane dalaga

  • @Fitsumderej
    @Fitsumderej 22 дня назад +1

    Betam desiyilal bertuu❤❤❤❤❤❤

  • @tophikjemal6541
    @tophikjemal6541 22 дня назад +3

    Bayyee namatti tola aadaa kenyaa mul'isuuf gaaridha

  • @EteneshAlemu-po1rj
    @EteneshAlemu-po1rj 21 день назад +1

    Baay'ee namatii toltuu dhugaa jabadhaa it fufaa❤❤❤

  • @yooobsan2062
    @yooobsan2062 12 дней назад

    Eyyeen warreen maalummaa guddifachaa hin beekne akka irraa barataniif barbaadameeti ,thank you so much

  • @MuzeyenMama-wp6rt
    @MuzeyenMama-wp6rt 23 дня назад +2

    Waaw des yemil dirama new

  • @yonatantadele631
    @yonatantadele631 25 дней назад +2

    Birahnu workuu❤❤❤❤ጋላቶሚ🙏

  • @SisayDiribsa
    @SisayDiribsa 29 дней назад +2

    I proud sadarkaa kanaan dhuyaachuusatti❤❤❤

  • @HalfiyaAman
    @HalfiyaAman 28 дней назад

    Bayyee waan gaaridha kutaa hafanii fis abdiin isin eegganna jabaadha ❤❤❤

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z 21 день назад +3

    Www bayee baredaa dhugaa itti haa fufuu diramichii diramaa Oromoo fakataa malee diramaa amarifaa hin fakatuu dhugaa

  • @user-bb8bj2zz9l
    @user-bb8bj2zz9l 22 дня назад +1

    Baay'ee namatti tola, Gootittiinis haa bultu🥰❤️🙏

  • @HammuudiiShaamil-mr4yw
    @HammuudiiShaamil-mr4yw 25 дней назад +3

    Akkanatti adda fi seenaa oromoo barsiisaa deemun dirqama

  • @sifenshume7726
    @sifenshume7726 16 дней назад

    ዋው ምርጥ ድራማ ከምርጥ አርቲስቶች ጋር ❤️

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa 23 дня назад +2

    Dhugaa dubbaachuf filmii Ajaa'ibati Itti fufaa

  • @ajelo19
    @ajelo19 21 день назад +1

    Awen gna ye Ethiopia film Ethiopiawi hone👏👏👏 fete le behr behresboch yehun

  • @najahtn809
    @najahtn809 11 дней назад

    Wow በጣም ደስ ይላል ❤❤❤❤👌👌👌👈👈

  • @IRReTube
    @IRReTube Месяц назад +12

    Sirna guddifachaa haala kanaan hojjattanii dhiheessuun keessan gaariidha garuu gama tokkoon aadaa keenya irratti hojjachaa gama biraan waan aadaa oromoo keessa hin jirre keessa fiduun maaliif barbaachise fkn Mana dhugaatiitti dubartii uffata gabaabaa keewwattee waliin dhugaatiin machaawuun kuni aaduma oromooti moo akkami dhiifama garuu namni natti mufatu yoo jiraate Yoon dogoggore na sirreessaa

    • @Romentertainment2
      @Romentertainment2 Месяц назад

      kanfuu ufata aadaa ufate baka sana dhaquu qabdii.hin mudamin qashtii

    • @SisayDiribsa
      @SisayDiribsa 29 дней назад

      Dhiifama naaf godhiin ani siinan qeeqeen. 1 jedhanii 2 jedhuun! sadarkaa bareedarra jiruun anaaf.

  • @dadii2016
    @dadii2016 2 дня назад +1

    Oromoo guddifacha fi hammata beekama filmii kunii kan ibsaa

  • @user-mg3of6bg1m
    @user-mg3of6bg1m 4 дня назад +1

    ❤❤❤❤❤oromoo my king of my king 👑

  • @gelanachulukehade6884
    @gelanachulukehade6884 28 дней назад +2

    Amazing idea❤

  • @user-jm6jl4pj9w
    @user-jm6jl4pj9w 26 дней назад +2

    Baayyeedha namatti tola.
    Galatooma!

  • @anuuyusufe3318
    @anuuyusufe3318 16 дней назад

    Wow my dream come true keep it up

  • @filembernegesse
    @filembernegesse 24 дня назад

    Amazing one. Be like every one

  • @LanieFufa
    @LanieFufa 22 дня назад +1

    Wow just Wowoow ❤

  • @muhamedsafi7325
    @muhamedsafi7325 15 дней назад +2

    Oromummaan በደንብ ይገልጻል ሊቀጥል ይገባል🌱🌱🌱🌱🌱🌱

  • @martaa5987
    @martaa5987 12 дней назад

    Woww😍

  • @adugnafetena618
    @adugnafetena618 Месяц назад

    Wow wow thanks

  • @helentasew5367
    @helentasew5367 12 дней назад

    Good idea 👍 Jabadhaa I like it 👍👍

  • @GadisaTemesgen-qn3gm
    @GadisaTemesgen-qn3gm 22 дня назад +1

    Baayyee bareedadha garuu afaan oromooti jalatti osoo barreefame gariidha

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 27 дней назад

    Jabadhaa namatii tolaa itti fufaa❤❤

  • @Alemtshayetola-vk6fp
    @Alemtshayetola-vk6fp 23 дня назад +2

    Wow betam des yelal

  • @lemisaf2
    @lemisaf2 21 день назад +2

    Baayye namatti tolaa keep it 🥰

  • @Qwertyuiop-jn1hv
    @Qwertyuiop-jn1hv Месяц назад

    Wow namati tolaa adaa kenyaa haa baranii❤

  • @Fasika-py4rp
    @Fasika-py4rp 26 дней назад

    Silaa osoo afaan oromiffaa hojjataame bayyee bareeda turre waan hundaafuu bareedaadha❤❤❤

    • @bekijemal8803
      @bekijemal8803 24 дня назад +1

      Jarii suun haa beekaanif keenyaa kessa jiraa rakkoo maal godhaaf

  • @tewodrosdegefa8760
    @tewodrosdegefa8760 20 дней назад +2

    Galatoomaa warri kana qopheessitan.ታላቅ ምስጋና ይገባችኋል።

  • @user-pc8ri2ud7p
    @user-pc8ri2ud7p 15 дней назад +1

    ዋውምርጥድራማ❤❤❤

  • @user-yn8ox2yz2v
    @user-yn8ox2yz2v 13 дней назад

    Good job my oromo people ❤peace for ethiopia 🇪🇹

  • @foolleetentertainment9969
    @foolleetentertainment9969 21 день назад +1

    Jabadhu 👍

  • @uaqdubai
    @uaqdubai 21 день назад +1

    Wow amazing 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Ns4all61
    @Ns4all61 26 дней назад

    You are unique...seena saba guddaa kana akanatti qophesu yalukef bayye galatomi❤

  • @tadessekebebe1900
    @tadessekebebe1900 17 дней назад

    Dhugaa hedduu baredaa amma yoona afaan Oromoon hojjatamuu dhiisuu isaaf barnoota ta'uu danda'a ijoollee art Oromoo kessa jiraniif.

  • @muktarabedra
    @muktarabedra 15 дней назад +1

    Wow wendem yemigerm film new

  • @beshaduadinew5050
    @beshaduadinew5050 21 день назад +1

    Woow please ittii fuufaa

  • @user-cq6qh2pj6f
    @user-cq6qh2pj6f 20 дней назад

    Mashaahall bayee namati tola ❤❤❤jabadha❤❤❤