Haadha Manaakoo Maaliif Fuute Jedheen

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 окт 2024
  • Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
    Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
    Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
    +251937386564
    Join Us
    Telegram: t.me/oromia24
    Facebook: / oromia24
    #Oromia24 #oromia #Ethiopia

Комментарии • 110

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +14

    Wel came gamachis '🤝 an na dhibbee silaa kan biyyaa baatani ofi jijiruufi akkasumaas maati keessaan jijiruuf malee dhirsaa barbaduu miti moo akkam silaa🙅‍♂️ biyyumaa oromaa kan keessaati bultii ijaaruf maalif figduu ijoo moo guyyaa biyyaa galee dhirii biyyaa hin jiruu jeetani moo ni dhabnaa jeetaniti hin dogongorinaa mee yaa shamaraan keenyaa 🙏 jaalalii duruu jiraa garuu jalaali dangaa malee deeman tun umurii hin qabduu sanuu fedhaa maati keessani malee 🤔 dursaa bitaa fi mirgaa keessan egadhaa deema malee guyyaa rakkoo keessaa lixaan iyyuu furmataa jireenyaa keessani hin ta'uu dhifamaa garuu warii nati mufataan ani sinumafii jedheen malee wantaa na iaalaltuu miti 🙇‍♂️ ati ammaa yaa obboleeti koo bu'aa dhirii qabuu argitee jirtaa wan ta'eef abbaa mana kee miti dhiraa biraa wajiin wal baruufu xiqqoo yeroo itti keeni itti yaadi mee💆‍♀️ abbaa mana kee kan abadaan itti hin deebi'iin Yoo garaa qabatee ati kaalesas ishumaa har'aa tanaa miti🙅‍♂️

    • @fakihanaser8399
      @fakihanaser8399 3 года назад +1

      Dhugaa.ketii

    • @ayantoa9903
      @ayantoa9903 3 года назад +2

      Dhugaa kee jete 🌷 anas akuma siidhibde naa dhibdi dhugaa wora biyaa ormati bulti ijarane akakna tane jedhu baye naa dhubaa dhugaa rabbi

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@ayantoa9903 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞

    • @ayantoa9903
      @ayantoa9903 3 года назад

      Tole rako qabu qali tiya you tube kee maqa naaf himi

    • @abebaberhanu9640
      @abebaberhanu9640 3 года назад

      Dhugaa waqyo anan illee kanumatuu naa dhibee bar kessatuu Kan warra Sawud kanamoo adduma. Kan qullaa Wal dhabuu isanuma Kan video Wal warrabuus issanuma maqaan nuu badee Mal jeta ati

  • @galuutube1035
    @galuutube1035 3 года назад +5

    Baga nagaan dhufte Game keenyaa
    Maatii naaf ta'aa obboleewwan koo 💕♥

    • @astuutube322
      @astuutube322 3 года назад

      Kottuu matti nafi ta,ii baredduu koo

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      @@astuutube322 Tole atis koottu naaf ta'ii

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@galuutube1035 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@astuutube322 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞

  • @megartoaduna6491
    @megartoaduna6491 3 года назад

    Qoricha ketii attii hojiinif dhuftee malee daladaa dhiratiif dhuftee

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 года назад +6

    Kanii ijoollee sudii kanaa gaarii In jiruu silaa wayyii silaa hoji demmatee mitti duraa biyya nama keessati maltuu si geessee Abboo argaa keessain 😬🤗 offumaa jireenyaa kee balleessitee amma yaddaa keesaain jetuu Amma immoo duraa offi isaa si miidhee mitti atti hireebirraa argaanis jireeyaa kee akkasi godhee mali isaati deebitaa ree amma mee garaar biyyaa Abbaa keeti hadhoo koo

    • @astuutube322
      @astuutube322 3 года назад

      Kottuu matti nafi ta,ii baredduu koo

    • @ዬአናቴለጅናኝ
      @ዬአናቴለጅናኝ 3 года назад

      Ajaibaa kan biyaa Saudi kanauuuuuuuufffffffiiiiii

    • @megartoaduna6491
      @megartoaduna6491 3 года назад

      Ijollee sudii hundaa mitii kani kayyoo ofii bektuu gadii jettee hojatii

  • @yousufjihaad4687
    @yousufjihaad4687 3 года назад +11

    Oboleeti koo Dogogoraa atii qabduu yoo jiraatee Lamaffaa biyyaa namaatii erumuudhaa kaan jalqabaa ergaa siif hin tanee Dalagatee galtee biyyaa keettii kabajaadhaa Matii kee biraatti hin erumtee as garuu Gurbaa kuun si jallaatee dhifmaa si gafachaa hin jiruu jireenyii biyyaa kessaa ulfatuuf atii waan biyyaa ormaa jirtuuf

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 3 года назад +2

    Baga Nagan Dhufte Gamme😍ijole orommo qaqali waan koo matti na'af ta'a naa jajabesa mee mallo qomo koo❤️💚❤️

    • @astuutube322
      @astuutube322 3 года назад

      Kottuu matti nafi ta,ii baredduu koo Galatoomi

  • @saraa-zy1vc
    @saraa-zy1vc 3 года назад +1

    kan booda lamanii ishituu itii hin debi,in gaalii biyaati kan raabii waaliif sii qoode waliin jiraadhuu😭😭😭☝️☝️☝️

  • @aminastars7436
    @aminastars7436 2 года назад

    hiriyoonii fi kabajamtota chanlii kana matii naf ta🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @sabootuuoromo4379
    @sabootuuoromo4379 3 года назад +3

    Abbaa manaa jechuu kan maattin dhagahe nama kadhimedha

  • @abebelamu1303
    @abebelamu1303 3 года назад +4

    Laamuu gaalagaaltee akaa hin iilale.
    Never look back. He's not worth of you.

  • @foziorotube
    @foziorotube 3 года назад +1

    Nooru oromia 24 tokkofan ana like 🤐

  • @nonaa383
    @nonaa383 3 года назад

    Wolicamee GAMMEE kenyaa Qalii Namaa ❤💚❤🙋‍♀️

  • @معاذعلي-ر3ب
    @معاذعلي-ر3ب 3 года назад

    Dhifamamalisiyig afataalakkoofasa bilbilajijiradhu itihindebini rakinaabiyaaArageesiyi kadhatajiraayawaniofikoo💔💔😢😢

  • @sumayaatubez2895
    @sumayaatubez2895 3 года назад

    Jabadhuu sanyii koo baga nagayan dhufaatee

  • @ayyantuushowhi4138
    @ayyantuushowhi4138 3 года назад

    Obboleetikoo dhifama wajjin haga jaalatu siitu beeka animoo akkakooti ofirra dhiisi sin jedha siif hita,uu lachaan isaani hadara dhiisi ofirra kana caalaa sigochuu dandah hubadhuu

  • @shagutube9968
    @shagutube9968 3 года назад +2

    Obbolleeti koo Akka koti tolee hin jedhin
    Maalif yoo jete yeroo ofii rakkateti si barbadaa jira boodas rakkoo ofi keessa bahe rakkooti si gatun isa hin olu
    Uuuuuuuu dhiraa amma essa isi amanaan yaa rabbii

    • @astuutube322
      @astuutube322 3 года назад +1

      Kotuu matti nafi ta,ii baredduu koo

    • @shagutube9968
      @shagutube9968 3 года назад

      @@astuutube322 tolee sif ta'a amshiir

  • @asteerrabbii-qx3xx
    @asteerrabbii-qx3xx Год назад

    ❤❤❤❤

  • @indiyaajamaal7972
    @indiyaajamaal7972 3 года назад +3

    ityaa too akaa oboletii sii gorsaa. Hiree biraa barbdadhuu jiiruu kee hin balesiin

  • @hayaabdullah2941
    @hayaabdullah2941 3 года назад

    Kana abaamatu comment ofiif kenaa nuu dhisaa namotni tokko tokko waan ofumaa murtessuu danda'uu dhisee Oduu gudisa

  • @aasiiqaasim9602
    @aasiiqaasim9602 3 года назад +1

    Obboleettii tiyya dursaa akka amantii islaamatti nikeenni abbaan kee sii hin godhin nikaahami.ati dhiira lameen wajjuu haraam dalagaa turte bultiin haraaman ijaaramte yoomu siif hin qajeetu badiin kee guddaan tokko kana.inni 2taa ati abbaan kee gattee dhiira filattee herumun ke akka dhiirri sun sodaa malee akka fedhe si godhuuf karaa bane.ammammoo wanti si barbaadus midhama kee beeke dhiifama si gaafachuuf osoo hin taane biyya gale jirun akka yoo asjiruutimi birriif araara kee barbaade irraa fagaadhu.isin ijoollen biyya arabaa jirtan mee callisa ima dalagadha birrii godha biyya keessanitti gala dhiirri ofiin barrii teeessan dhaabbatti.isa darbeef araarama Rabbii kee kadhu toowbadhu

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 3 года назад

    Baga nagaadhan nuf dhufte Gamme keenya.

  • @motuutube2654
    @motuutube2654 3 года назад +2

    Itii hiin debii,iin akkaa yaddaa kotii maliif yoo jetee dhirii jechaa namaa fudhatuu xuruu mitii boorus yoo itii debiitee namnii dubbii fidee yoo itii himee innii achuumaan sii hikaa yoo jechaa kee hiin amanuu jechaa namaa malee ta,ee sitii haa hafuu giftikoo

  • @bereketnegn2403
    @bereketnegn2403 3 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kumaledhaba8290
    @kumaledhaba8290 2 года назад

    Gaaru dhifamaa naaf godhatii anii shamaraanuma kayoof Biyaa batee Biyaa ormaa kesaati herumtuu kaanati naa gubaa oboletii koo maati keef ofii kee jijiruuf biyaara batee dalagadhuu Biyaa kesaaniti galatii kana maatin kesaan isiin Keenetii ykn kan matii waali bekketaaniti gaala herumaa Biyaa ormaa kesaati kaan dhirrii barbadee isiiniti darbuu maali idaan kesaani hojedhuu Biyaa ketii gaalin dhamaasa shamaraan hundaafi

  • @astuutube322
    @astuutube322 3 года назад

    Bagan dhuftee gamachu kenyaa

  • @nanatisefuu8725
    @nanatisefuu8725 2 года назад

    Osso sijalatee gafa ati dhugaa iti himtuu siamanaa ture kun jalala miti malaqa akka itti ergituuf malee jirenyi biyya keessa bayyee ulfata gowaa hin ta, iin

  • @burtee649
    @burtee649 3 года назад

    Biyya horma keessatti maalif eerumte dursa hojiif manaa batee miti
    Lachuun siif hin tahuu dhiisi yaa hadhootoo hojjiikee hojjeedhuti maatii keeti gallii dhiirri sobduudha hin amanii

  • @anisahnurmala5114
    @anisahnurmala5114 3 года назад +1

    Anis kaan naa dhibukaan Biyyaa deemun hojachuf garu rabbii isiin haa lafisu

    • @astuutube322
      @astuutube322 3 года назад

      Kottuu matti nafi ta,ii baredduu koo

  • @samiramuhammad2355
    @samiramuhammad2355 3 года назад +1

    Itti hin deebi'in oso sijaalata ta'e duraayu jecha nama fuudhate sin miidhu ture amma yeroo kee sirra fixee badheti sigata yeroo keetiti fayyadami jireenya gara bira jiraadhu sin jedha akka yaada kooti

  • @falmatuorojaalatuwbo928
    @falmatuorojaalatuwbo928 3 года назад

    Anaa haa dhufu baga nagahn dhufte obolesa kiyyaa

    • @hayyatiwallagga9337
      @hayyatiwallagga9337 3 года назад +1

      Matti na'af ta'ai Shaannee ko❤️

    • @falmatuorojaalatuwbo928
      @falmatuorojaalatuwbo928 3 года назад

      @@hayyatiwallagga9337 OK wan ofi too esa lingin kee atis naf ta'i dhiga to

    • @sumayaatubez2895
      @sumayaatubez2895 3 года назад +1

      @@falmatuorojaalatuwbo928 matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@falmatuorojaalatuwbo928 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍

    • @misiraazyuod706
      @misiraazyuod706 3 года назад

      @@monetijalala6104 pl

  • @shemizedechasa8977
    @shemizedechasa8977 3 года назад

    Dhugaa waqqaa raqqinaa cimaa qabduu shamaraan tokkoo tokkoo. Tokkko argitee maaltuu ittii sii debisee? Herrumaa malee ta, u hin dandeessuu. Caalisii hoji kee hojedhuu

  • @rahmabeevi2423
    @rahmabeevi2423 3 года назад

    Rabbi si haa furru

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube9030 3 года назад

    Biyyaa keetiii galii kaan rabbii sif keetiii herumiii

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii9808 3 года назад

    Wantaa dhiraa nama dhibaa

  • @saraa-zy1vc
    @saraa-zy1vc 3 года назад

    haayii kan darbee darbee kan booda of qusadhuu saanyii too maalii kan biyaa banee hojiif malee dhiraa barbachaa mitii garuu maaf shawadamtuu icii kesaatu warii dhirii biyaa saudii kuni herumaa qofa abaa arguuma dhiraa biyaa hambaa 😤😤😤😤😫

  • @RiyanaMohamed-d5t
    @RiyanaMohamed-d5t Месяц назад

    Najisa akka keessanii kana kan biyya Xaharamtuu kana balleesse sababaa kessan musiibaa ufirratti sodaataa jirra Akka biyya keessanitti bartan biyya kabajaa qabdu kana hin balleessinaa wasaka hunda🤨

  • @regatudebela6257
    @regatudebela6257 3 года назад

    😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @madiinaabaraattuuhidaayaa2065
    @madiinaabaraattuuhidaayaa2065 2 года назад

    Iti hin debiin abdaan namaa siin amnee

  • @yshshahahs4130
    @yshshahahs4130 3 года назад

    😭😭😭😭😭😭💗💗💗💗💗💗💓💓

  • @almaz2227
    @almaz2227 3 года назад

    Lachuu dhisii hojii kee hojadhu of jirjiri biyya kee Gali erumii erumaafi biyya batee

  • @Sarakhan-ns7me
    @Sarakhan-ns7me 3 года назад

    Hojidhaf moo herumaf biyyaa bate🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁

  • @hajibeker1386
    @hajibeker1386 3 года назад +1

    🤭🤭Wala taqarabu ZINAA nunin jedhee rabbin ati ilmoo muslimaa yoo taate maalifi hayamma maati kee maalee zinaa gootaa isaa 1faa waalin ? 😡😭😭😭ergaa maatin kee nikaa sif godhu dide enyuu nikaa sif godhee? 😔 please yaa shamarani kenyaa kabaja kessani egadhaa kaa maati kessanilee🙏🙏🙏 egaa

  • @sabontuurg....3702
    @sabontuurg....3702 3 года назад

    Anii gafaanii qabaa? dubarii yeroo biyyaa batuu ofii jijiirruuf moo dhiraa jijiiraa oluf biyyaa batee???
    abboo argaa kee isaayyuu 2ffaa erumttee fedhii mattii kee malee

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 2 года назад

    Laaki yaa oboleti koo isumaa Lamafa kanati debihi wolin jiradhu maal gonaa silaa cara keenyaa uuuuuuuffffffff 🙆‍♂️

  • @Mohamod-sl5sy
    @Mohamod-sl5sy 3 года назад

    🤔🤭

  • @rahamaguye9098
    @rahamaguye9098 3 года назад

    Welcome

    • @sumayaatubez2895
      @sumayaatubez2895 3 года назад

      Rahama guye matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 3 года назад +3

    Jalqaba herumuuf moo hojjatte of jijjiruf baatee waagaa keeti ani yaada sif hin qabu.

  • @foziitube9973
    @foziitube9973 3 года назад

    Kanii duraa sunii yomiyuu sin jibuu gatii tefi isumati debii

  • @seenaaorotube6627
    @seenaaorotube6627 3 года назад

    Bagaa naghaan dhuftee gaammee koo ❤️ matii naaf taa'aa Oro koo

  • @almaz2227
    @almaz2227 3 года назад

    Dhala bara kan Samuu hin qaduu

  • @falmatuorojaalatuwbo928
    @falmatuorojaalatuwbo928 3 года назад

    ruclips.net/video/KiCqn-PUl04/видео.html
    wawwwwwww wan bayyee namaa gamachisudhaa oromoo koo wallagaa hala kanatii jiraa yaa rabbii WBO ko nuf milkesii yaa waqayyoo koo mee maatii naf ta'aa sabontootaa oromoodhaa wan maatii naf tatanif heduu galatoomaa 💞❤️💞🙏🙏

  • @jamilabasheer3060
    @jamilabasheer3060 3 года назад

    Nikay mati male hidhatu ni dadayaa mo ani homa biyya batanifi godhati galatani hin herumatani qoyi immaa argituu kuno waan jiruu

  • @abdinjiraa6612
    @abdinjiraa6612 3 года назад +3

    Ani kan jedhu Biyuma ormaa kessati Abbaa mana Abbaa yo jetaan hin qannoftaniyi🙈

    • @sumayaatubez2895
      @sumayaatubez2895 3 года назад

      Abdin jiraa matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu

    • @beetibeeti6637
      @beetibeeti6637 3 года назад

      Dhuga jirtu kanuma

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      @@beetibeeti6637 kennaa maatii naaf ta'ii

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      Maatii naaf ta'ii kennaa

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@beetibeeti6637 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔

  • @burteetube3415
    @burteetube3415 3 года назад

    Gamme koo baga nagaan nu dhuftee

  • @asyadhufa2612
    @asyadhufa2612 3 года назад

    Welcome gamee😍😍
    Itti hin debi'in

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 3 года назад +1

    Maal jechuu muca badiyaa homa hin bekuu moo akana yoo jetuu garuu siti hin ulfatuu moo badiyaa wolalladha moo akami nama arsiti tun 🙄🙄

  • @sabootuuoromo4379
    @sabootuuoromo4379 3 года назад

    Biyya ormaa kan baatanif fedhii funnitimo of jijjiruuf kan tokko baaftani tokko qabdan harama dalagdef tobadhu galii biyya ti

  • @jamilshhill4413
    @jamilshhill4413 3 года назад

    Gaaruu haggaa umrii kee gutuu yoo wallii loltaan abaan manaa kee kuun kaanuuma morraani kee sii xuuqaa yaa warraa dhiraa kaan akkamiti qsbatuu

    • @sumayaatubez2895
      @sumayaatubez2895 3 года назад

      Jamilsh hill matii naa tayi sanyi wali haa gudisnu

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Gameee Saglee kee mee xiqoo olii qabii

  • @jamiila7154
    @jamiila7154 3 года назад

    Sanyiwanko kota mati nafta.aa

  • @abebaberhanu9640
    @abebaberhanu9640 3 года назад

    Safuudha waqyof issin warri Sawud jirtan kun rakkina guddaa qabduu issin hojiif moo Wal fudhuuf biyyaa batani?? Icccii Kan qullaa Wal dhabuu isinuma, Kan video qullaa waliif erguus issinuma maloo maqaa nun ballessina gaduma qabadhati obsa hojii keessan hojetadha. Mal dhalii nama maluma ta'uuf lataa yaa waqyo Mal

  • @sabriinaaturee6711
    @sabriinaaturee6711 3 года назад +6

    Baadiyyummaan mirgaa falmachuu nama dhawwa moo 🙄

    • @hayyatiwallagga9337
      @hayyatiwallagga9337 3 года назад

      Matti na'af ta'ai Sabriina❤️

    • @sumayaatubez2895
      @sumayaatubez2895 3 года назад

      Sabriinaa ture matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu

    • @fatmaabdalla6625
      @fatmaabdalla6625 3 года назад +1

      Namaa hin dhurguu garu akaa ujolee katamaa jarajaraa hin qabanu ujolen katamaa hedun isani ijaa jabatan wan taef

    • @saraa-zy1vc
      @saraa-zy1vc 3 года назад

      🤣🤣

  • @sabootuuoromo4379
    @sabootuuoromo4379 3 года назад +1

    Abbaa manaa jechuu kan maattin dhagahe nama kadhimedha

    • @BOONEESHOW
      @BOONEESHOW 3 года назад

      Saboontu koo mati koo ta.i

  • @sabootuuoromo4379
    @sabootuuoromo4379 3 года назад

    Biyya ormaa kan baatanif fedhii funnitimo of jijjiruuf kan tokko baaftani tokko qabdan harama dalagdef tobadhu galii biyya ti