Sodaa Guddaa Waliif Qabna

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 окт 2024
  • Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
    Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
    Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
    +251937386564
    Join Us
    Telegram: t.me/oromia24
    Facebook: / oromia24
    #Oromia24 #oromia #Ethiopia

Комментарии • 81

  • @yousufjihaad4687
    @yousufjihaad4687 3 года назад +1

    Garuu maatii ishee Amansiisuu yalii malee mucaa kanaa hin dhisiin

  • @ethiopia9515
    @ethiopia9515 3 года назад +11

    Fuudhii boda ni araramuu jalalle kee hin dhisin🙏🙏❤❤

  • @vidhugaakeetivip2497
    @vidhugaakeetivip2497 2 года назад

    Bagaa.nagaa.dhufte.gamme

  • @add6931
    @add6931 3 года назад

    Abishiir obbolessa keenyaa abdi kutini jabadhu ittunaa fufi atisii nuudhagesisuu keefsii gallatoomi sin jrna

  • @megartubadeda3806
    @megartubadeda3806 2 года назад

    uuuyyii dhiraa garaa jabbati atii

  • @ghhk7615
    @ghhk7615 3 года назад

    Tokkoo isin haa taisisuu rabbi matini isin haa lafisu

  • @kiddistie6234
    @kiddistie6234 3 года назад +1

    Yaa ibolesaa koo matini hunduma keessa arki caluu Akkaa isani fedhanit fi jedhaniti Akka deminuu barbadu garu kuni dogogora kanafu isani boruu jarisanii araramu ni danda,uu malifi jenani qubaa ofii aja,ee jedhani kutani hin gatan kanafu ilmo isani irra hin afani garu isini lamanuu yoo wali dhisitani debitani nama biratini wali barunii isiniti hulfata kanafu mati ishifii jetee jalale kee hin dhisini jalali wani qabenya jirenyati waqayoni walifii isina dhisuu walini horaa bulaa debanaa qophesani qophii kana gamachisi kenyaa gudda galatomi nufi jabadhu

  • @fatimbadada7581
    @fatimbadada7581 3 года назад

    dhira.onne.sibila.jechu.kan.akka.keti.dhuma.kesani.habaraechu.rabin.wwwwwww.nama.gamachisa.namoota.biratifi.fakenya.atii💔💔👍👍👍👍🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏

  • @kiyaalamayoo1501
    @kiyaalamayoo1501 3 года назад +3

    yadin kiyaa anii siif kenii Jalala kee 💕 oneen jalalaakee malii sin jedhaa isaa ordofii . Jalalii undaa nimohataa warii eshe isheet tolee akaa jiratuu barbadhuu atii fi isheen wali jalananii gahadhaa !!!

  • @jamilshhill4413
    @jamilshhill4413 3 года назад +5

    Waal jalachuu duuraa amantaa keessaa tokkoo ta.uu qabbayuu tarree warri ishii kanaafi ishii didaan

  • @bashashaamucawalloosanyiij413
    @bashashaamucawalloosanyiij413 2 года назад

    Fuudhii⁦❤️⁩⁦❤️⁩

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285
    @hundaadandaaaawaaqayyoon7285 3 года назад +1

    Fudhiin hin dhisiin murtesaanii jaalalaa keetiifi kan ishetii maatiin bodaa hin araramuu maatiin fakkgenyafii qabeenyaa irraatii hinumaa dubatuu garuu hameenyaafii mitii isinumafii malee ♥️💔✅

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +2

    Wel came 🤝 yaa jalaalaa kan jamaadham😎 yaa obbleessaa koo maati tokkoo tokkoo lafaa fagoo dhisii ollaa fi ollaatu namaf hin jalaatanii garuu maali akkaa ta'ee hin beeku malee🙏 garuu isin laman walif galaan maatiin boruu ni dhisanii ❤ hundafuu waqaayyoo tokkoo isin yaa taasisuu 🙏💓 abdii hin kutinaa hundaayyuu waqaayyootu murteessaa wan ta'eef🙏

    • @fakihanaser8399
      @fakihanaser8399 3 года назад +1

      Dhugaadha
      Durban.fi..foon.hin.koraanuu.jenenii.herumana.hadhasii.yaa.firomsee.ko

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 года назад

    Abshir homa raako hin qabu mucaa biyaa abbaa koti amataf Firaa eshee hin sodatin isin qoftii wolif gala caraa gaari sif haawa obolesaa koo ❤❤❤❤

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 3 года назад +3

    Fuudhi hin dhiisinii akka amantii islaamaatti kan isheen jaalattutti gurguruun dirqama maatiiti

  • @firreeababaa7358
    @firreeababaa7358 3 года назад

    Fudhii jedhaa ani karaa kotin malifi yoo jetee warii ishee yomiyu garaa iti hin jabatuu kanfuu jalallaa kesan enyuu akkaa.giduu hin galchin. Adara ❤❤❤🌳🌳 birin fixesa ganamaa tii. Matis yoo ta 'e hin ar'a rafatuu💋💋🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @almazgirma5815
    @almazgirma5815 3 года назад

    Akka yaada kooti maati rakko hin qabu garuu amanta rakko guddadha isin lachu waa.een amanta keessani isinif hin galle yo ta.e male jalala hara.af amanta keessan dhiisun hin ta.u hundafu waaqayyoo isinif ha qajelchu

  • @lloveyoumomi5066
    @lloveyoumomi5066 3 года назад +1

    Welcome gammee fuudhii.bro koo😍🙋‍♀️homaa isiin hin goodhaani Anuu jimmaa.heeruumaa jedhee maatii.kooti😥😥😥😥. .

    • @fakihanaser8399
      @fakihanaser8399 3 года назад

      Jimmaa.naanoo.kami🌹
      Dhufee.sii.argaa✅

  • @rabehra4233
    @rabehra4233 2 года назад

    Bayyee nama barsisaa itii fufaa

  • @sahibudenjebel1529
    @sahibudenjebel1529 3 года назад

    Baayyee Nama Buhaarsas Erra Baratamas Ulfaadha oromia 24 Isiniin Boonna

  • @salamgiza2801
    @salamgiza2801 3 года назад

    Jalaalii jiran hunduu ni siirraa fudhii

  • @torfatorfa9395
    @torfatorfa9395 3 года назад

    BagaaNagaanDhufteGamee💖💖💖💖🙉🙉🙉🙉🙉🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆

  • @buureetesfa6715
    @buureetesfa6715 3 года назад

    Baga ishin sii jibbin male kan matti mali sii dhibbe sababni sasi isheen sii jalatii wani ta'ef hin dhissin fudhii dhugaa

  • @makyamakya6175
    @makyamakya6175 3 года назад

    Welcome 🙏

  • @oromtitishawaa539
    @oromtitishawaa539 3 года назад

    Fudhii hin dhissin maatiin ishee boodee hin Araramu wan ta'eef

  • @bilaatubi6628
    @bilaatubi6628 2 года назад

    ati amantii keesa siresa dura waliti hi laaqii atii musali yon isii kirisa walit hi laaqati isii amansi duraa

  • @fozzirukaya2629
    @fozzirukaya2629 3 года назад

    Hima hin sidattin

  • @baleerobeechannal6509
    @baleerobeechannal6509 3 года назад

    Please ijolee oromoo ijolee saba gudda ijolee nama gudda matii naf taha please

  • @jemilajemu6158
    @jemilajemu6158 2 года назад

    Fuudhi hin dhiisin murteesaan keetif kansiti maatin booda hararamu

  • @fanusbalisa5270
    @fanusbalisa5270 3 года назад +1

    Bagaa nagaan dhufitee G

  • @fanusadis5368
    @fanusadis5368 3 года назад

    fidjii jindhisin warii ishee bodaa araramuu💟💟💘👌💚👌

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад

    Ergaa isin Walii jalataan Waraa ufiraa dhisaa

  • @zawuditu6012
    @zawuditu6012 3 года назад +1

    Wel come gamee

  • @hffhhg8062
    @hffhhg8062 3 года назад

    Welcome gammee ❤❤❤✋✋

  • @yarabiikiyaaatiiirkonaffii9889
    @yarabiikiyaaatiiirkonaffii9889 3 года назад +1

    Anattuu Durraa lalee Lake naa tuqaa Ukuwan

  • @jamilahgalatomisanyiikoo1231
    @jamilahgalatomisanyiikoo1231 3 года назад

    Yoo isini lamanii wolii jalatanii woraa malatuu dhibee wanii hundaa jalalaa kesanituu calaa

  • @kokotiiaduuu5986
    @kokotiiaduuu5986 3 года назад

    Selam fkr le wde agre ljchi
    Ene yalegna lewendime mikri
    bekarbih yeshalhli
    Le mine be eminatim ande adelchum lela Negri kerato

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Kokoti mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞

  • @sanyii.hachalu.hundessa3559
    @sanyii.hachalu.hundessa3559 3 года назад

    Welcome.gamee.😍😍😍😍👌👌

  • @waqaayoogaridha4901
    @waqaayoogaridha4901 3 года назад

    Amantaan keesaa adaa adaa tadhusaa garuu isin jedhutii rako gudaa qaba

  • @sarah230185
    @sarah230185 3 года назад

    Gamee abba siriba kan maqan isaa enyudha malo🙏

  • @lalisegiddisa2415
    @lalisegiddisa2415 3 года назад

    Fuudhi❤Hin Dhiisin🙅 Kan Maati ishee Jarsuman Xumurama😍

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Lalise Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔

  • @Deebiimidea8470
    @Deebiimidea8470 3 года назад

    Jirenyaa keessan matin keessan siniif hin jiratan sin wali jalanan odduu namati guraa hin qabinaa

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Yanet mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285
    @hundaadandaaaawaaqayyoon7285 3 года назад +1

    Well comee gamee keenyaa ❤️

  • @kwtkwt5420
    @kwtkwt5420 3 года назад

    Yoo isiin laan woliif galtaniatiin jalala kessa gidduu maatu isaan galchee hin dhisini fudhii aboo

  • @makyamakya6175
    @makyamakya6175 3 года назад

    🥰🥰🥰❤❤💚💚❤❤

  • @asyiadhufe4641
    @asyiadhufe4641 3 года назад

    Welcome gamee 😍😍❤️

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Asyia Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍

  • @salihatube667
    @salihatube667 3 года назад

    Walii fudhaa imaa waraa ishetii isinii walii jalanani maltuu isanii gashee bodaa isantuu sii kadhatee sintii ararmaa

  • @خديجهالبيت-ض7ك
    @خديجهالبيت-ض7ك 3 года назад

    Fuudhi qabeenyii fixeensa ganaamaati boris hojjatee argati. Fayya guutuu qabaachuun ishii qabeenyii ishiiti.

  • @jessyzawdeh4820
    @jessyzawdeh4820 3 года назад

    Wal fudhaa booda hin Araramatu matin

  • @maskiyemaryemlijimaskaram6579
    @maskiyemaryemlijimaskaram6579 3 года назад

    Akamtin isni argadha

  • @muhebarsho4276
    @muhebarsho4276 3 года назад +1

    Sila game kiyya Hin dhiyatu

  • @obsiituuwaanhundumaa247
    @obsiituuwaanhundumaa247 3 года назад

    Fudhii Dhugaa isa boda ararfata isin waal jalanan matti boda hin araramu kode

  • @meanker5885
    @meanker5885 3 года назад

    wa'ee amaniti keessaniti male wa'eeni mati rakkoo in qabu murteessani sinidha calisaa wali fudhaa utu in jalaatini siti hararamu

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 3 года назад

    Fudhi hin dhisin yoo atti futte boda mattin ishe hinuma siif araramu

  • @imanaimana4846
    @imanaimana4846 3 года назад

    Mati jalqaba akasuma tu bodamo inararmu

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Imana mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞

  • @kadomar5121
    @kadomar5121 2 года назад

    Fudhini

  • @asyiadhufe4641
    @asyiadhufe4641 3 года назад

    Fudhii

  • @berkeneshbeke7235
    @berkeneshbeke7235 3 года назад

    fudhii

  • @salihatube667
    @salihatube667 3 года назад

    Walii fudhaa imaa waraa ishetii isinii walii jalanani maltuu isanii gashee bodaa isantuu sii kadhatee sintii ararmaa

  • @koritoosigooftaakenyaa1956
    @koritoosigooftaakenyaa1956 3 года назад

    Fudhii

    • @shopshopt6701
      @shopshopt6701 3 года назад

      ❤💚❤💚💞👍👍🤝🏽

  • @salihatube667
    @salihatube667 3 года назад

    Walii fudhaa imaa waraa ishetii isinii walii jalanani maltuu isanii gashee bodaa isantuu sii kadhatee sintii ararmaa

  • @fayiseehayiluu1799
    @fayiseehayiluu1799 3 года назад

    Fudhii