Galatoomi sanyii jzk❤🙏 Ani nama gandummaa leellisee Kaan arrabsee safuu sabaa fi Amantii cabsu akkasuma isa waan faayidaa hin qabne olii gadi oofuuf yeroo hin qabu Garuu inni akka namaatti yaadu,kan waan nama fayyadu hojjatu waan danda'uun deeggaruun dirqama kooti👍jabaadhu.Rabbi si haa eegu😍
Aamiiiiiiiiin!
Rabbiin rakkoo Amantii fi tan haqa sabaatis nuuf haa furu
garu rabbi si ha tiisu biyya san keessatti nama dhuga hin fedhani Tika rabbi keessa jiraadhu
Allahu akuber. Muslimni Rabbiin qaba
Wallaahi rabbummaan furmaata nuuf haa godhuuf obboleewwan kheenya khan aksuum fii khan biraa hunduma kheenyaafuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mash Allah atti sirraa ha jaalatu rabbii nubiraa ha dhaabatu
Rabii nuh habirimatuu amata musilimaa amaa mitii duriyuu hin dadenee yadaa ofitii tapatanii tenaa ololumaa 🎉🎉🎉🎉
Ya rabbi nu dirmadhu ya allaah ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
dhugaa keti rabbiini nasirii nufaa hfiduu ishaallaa
Subhanaallah yaa Allah 😭 baay'ee Nama yaadesaa waa'een kikira lafa😢
Rakkoon mootummaa bira jira kaa maal goona ree rabbiin isa haa qajeelchu😢😢
Wl wr wb akkami fayyadh rabbii isa ha
Rabbii isiin haa birmaatuu Askum koo
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaraabii atii in agartaa
Maaltu galchee waa,ee Muslima
Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Yaa Rabii
Dhugaa keeti obboleessa koo Rabbiin nuuf haa birmatu Bi'iznillah
Yaa rabii kiyaa malumaa silaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wl wr wb rabbiin nuuwa eguu amiiiiiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Mashaalha Alahuakubar mashaalha wagadhera Nuujiraadhuu dubii dhuga dubatee jachuun Nuutu matarati nama badhata malee jarii wansaani dhisani akuma sagaran gogoyte yoo jiitee ajoftu sani jaruu habibi dhifama wajin yoo nutis Akafene jirana isanis haa jirtanii gababduu dubiti hodaa hamatuu adafqabna musilimi😢😢😢😢uuuuuuf yajituu muslimaa abshirr
Mashaalla jabadhu ❤❤
Wl wr wb Alhamdullilah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wollah dhugaa isaati.
Yaa Rabii Naga fiidii
Yaa rabbii motummaa kaan nuuraa kassii yaa rabbii nii dandeetaa
Rabbii sii haa eguu ati dhugaa dubbati Ethiopia dhugaa fetuu
Inshallah walhi itooiyapian biya najashiti
Dhugaa ketii 😢😢😢😢😢
Was.wr.wb ❤
Sanyii koo ati biyyaa keessa teesse hasa'a jirtaa rabbii si haa eegu biyyi sun nama dhugaa dubaatu hin feettu😢
Galatoomi sanyii jzk❤🙏
Ani nama gandummaa leellisee Kaan arrabsee safuu sabaa fi Amantii cabsu akkasuma isa waan faayidaa hin qabne olii gadi oofuuf yeroo hin qabu
Garuu inni akka namaatti yaadu,kan waan nama fayyadu hojjatu waan danda'uun deeggaruun dirqama kooti👍jabaadhu.Rabbi si haa eegu😍
Haga yoom obsinaaaaaaa
YAA Allah 😢😢😢😢
Yaa Rabbi nuu birmadhu
biyya keenya tana duaai ulamaa'in jirti malee akka mootummaa biyya kanaatif immaa silaa musliimni tokko hin jiraatu bar!.nuti Rabbiin qabna wollahi isaan ammoo aangoo namoomatin zalaalam waan jiraata of sean
Mootummaan biyyaa keenya mirgaa ortodoksi qofa eegsisa
dhuga heddu si jaalanna garu xiqqo isi bakka wahitti sitti mufanne male insha allah hin sirroyta jedhen yaada
Ashabaarin isannuma
Wk wr wb
Mormachuutu nurratti dirqama
Assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuh❤
@@HeboMos Wa.aleeyikumu sallaam wa rahmatullaahi wa barakaatuh
Abshiir ❤❤❤❤
Ws wr wb
dhugumatti hin jaalanne Jawar Mahammed Ati
Rabii haa lafisu Amrii jabte hundaa motii motota olii Akka toluu haa godhuu rabii sii haa tiysuu
Marshallaah
Allahu akbar
Yaa Rabbii 😢😢😢
Gantuu miidiyaarraa iyyuudhan jannata hn arkatan jazbaa waanuma garte hn qaaqin
Nii maratee
Itiyoophiyaan biyya ibraahiim al gaaziin bulche ta'uu hin beekuu?
Maatii naa tahaa❤haajaa tesssn rabbin haa guutu❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa
As wr wb akmi
❤❤❤❤❤
Ya obbooleesa kiyya qaalii rabbin si ha eguu wly nama dhuga dubbatu fi nama waye amanti hasayu jari hin jallatan
😢😢😢😢😢😢
As.wr.wb.zdo.ati.rabbin.sihaa.eguu.malee.namni.dhugaa.dubatuu.hin.jalatamu.akka.isani.mukati.sagadu.dhisne.kanaf.Albaati
Mukka ofii bocee harreen
Yomi filatiin motumaa
❤
Saudii dhaqa ijarradha😂
❌❌❌❌❌❌❌❌
😢😢😢
Sila oso motu man jirate waen kun hinkauyuturebee😢😢
Bro. Jecha nama hindhaghin jaalalli onnekessa
Abiyi Diana musilimati
Uuuuuuuff 🥲🥲😢😭☝️😭😭😭😭😭
Eenyu namicha kana maqaan isaa?
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
Mootummaatu jara kanaaf callise bro.
biyya shiftaan bulchu akkanuma
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Magistin jara kanaaf sagade ture
Dhimaa hijabaa malee baratooni keena rakkachaa turaan modanoo isaa mudaatee kitabaa hin Gabbuu keessati bareessee turee wlu seena garaa nama nyaatu
Wanti an siin jedhu leenci akka kee nuuf haa baayatu ,musliimni hundi maaf hin dubbanne?
Macafa isa sinirra jira jedhan Muslimni Aksum hin jiratin ka jedhu kirstana male dooma akkana kanatu dhaalota barjajeesa bar ijo
Mootummaan innu kaafira habibi
Motumanharkakessaqabaa
Saroonni tunniin😢
Kana caldhisuun nurra hin jiru yaa Ummata Islaamaa🙅♀️
Mootummaanuu zaalimaa fi kaafira,maalitti beekee mirga amantii eega !?
Ijoolleen jimmaa maaf gowwoomtan? Mootummaan islaama seetanii ? Si'jjeesaa namichi callisi. Isin abbichuu jedhaa isa jalatti nu'arrabsaa.
❤❤❤