I am truly impressed by the way you, Abraham, Raji, and Ayana, have engaged in the discussion on the OMN program 'Dirbaba Dubbii - Waliigaltee Nagaa.' Your thoughtful approach to the issues being discussed is commendable, and it's clear that you all have a deep understanding of the matters at hand. Regardless of any political affiliations, what truly matters is the respect and consideration with which you tackle these important topics. I am proud of the way you’ve presented your viewpoints and contributed to such meaningful dialogue. Keep up the great work!"
The concept articulated by Ayana is deeply rooted in scientific principles, grounded in tangible realities, and reflective of the current situation on the ground. His explanation exemplifies a profound level of holistic maturity, showcasing not only his intellectual depth but also his unwavering integrity and ability to integrate theory with practice effectively.
Maalumma Namaa Yoo Tuttuqan ni hubatu . Ajaiba Ayyanaan maal jechuu akka barbaade Naaf Hin galu . Obbo Raajii Galatoomi ati nama Raajiidha Akkuma maqaa keetii Ulfaadhu.🎉
This is really great discussion not in a sense that participants share same views but on how they engaged in the discussion having a varying outlooks! Thank you Abraham for hosting such session!
What Ever you have Talking is good.this idea sharing & Negotation through Discussion is best than Fighting with Gun & Closing Rode.Thank you Rajii & Ayana.
dhugaa heedduu namatti tola , namani yaada bitachu barbaadu kuno dhiyaadha. yaada ofii ifatti dubbachun aadaa gaariidha. yaadni ayyaanas kan raajis kan Abiy or kan jawaar hin fakkatu this is what we need! warrii yaada bitachu hin beekne of course yaada qeequ osoo hin taane arraba arabsutu isniif dhiyaata kan arrabaaf qopha'e qofa osoo hin taane kan yaadan mormus ni qabna. GALATOOMA
I appreciate two participants and Abraham, very civil discussion. I agreed with What Raji raised [had it been all Oromo parties come to the table & agreed the future or oromo & Oromia and even Ethiopia would not have been like today) However my question, at that time OLF of Jal Dawud & Dr. Abiy group (not includ Lema's group) had different view when I think today. Still the solution is these two group must have come together to discuss as Oromo culture to solve their problem.
Guddaa Galatommi Abraham fi Raajji🙏🙏
Omn sagalee ummaata jabaa dhaa🎉🎉🎉
Masha allah Ayana hasawanke bayye namati tola yada gari fudhatama qabudha rabbi sihagargaru itti fufii 😍👍💪🏽jabadhu
I am truly impressed by the way you, Abraham, Raji, and Ayana, have engaged in the discussion on the OMN program 'Dirbaba Dubbii - Waliigaltee Nagaa.' Your thoughtful approach to the issues being discussed is commendable, and it's clear that you all have a deep understanding of the matters at hand. Regardless of any political affiliations, what truly matters is the respect and consideration with which you tackle these important topics. I am proud of the way you’ve presented your viewpoints and contributed to such meaningful dialogue. Keep up the great work!"
Raji has a clear and confident points as well as un confusional stand. Great points ! 👍🙏
Ayyaanaa, kuni ergamtu Abiyyi ti,
lamada hin dhiheesin.
Ayyaanaan bilxiginnaadha.
The concept articulated by Ayana is deeply rooted in scientific principles, grounded in tangible realities, and reflective of the current situation on the ground. His explanation exemplifies a profound level of holistic maturity, showcasing not only his intellectual depth but also his unwavering integrity and ability to integrate theory with practice effectively.
RAJI it's a great analysis
Warri OMN galatoomaa Ayana affeertanii eenyummaa isaa akka ifa nuuf ta'u waan gootaniif. Sirratti bare jedhiin!!! Rajif, kabaja siif qaba. Ulfaadhu!
Bilxiginnaa dha.
Raajii ulfaadhu!!! Abirihaam atis kabajatu siif mala!!!
Obboo Ayyaana gallattoomii nama cimaa yaada bilachaataa qabda kan nama aliigallchuu qabda jiraadhu nuuf loogii irraa walaba taatte Oromoof yaada bilchaata kenaa jirta
Baayyee gaarii OMN namoota akka ayyaanaa oromoon akka baruu godhuun gaarii eenyu fauna akka hojjatu
Thank you Raji, dura rakina waloo furte bineensa alaa kan sigaadu dura dhaanachui dandeysa.
Mee akkasitti nagaa mari'achuu baayyee gaariidha. Yaada tokkee irraa akkasitti nama yaadaa garagaraa qaban dhiyeessuun keessan baay'ee gaariidha. Thanks
Maalumma Namaa Yoo Tuttuqan ni hubatu . Ajaiba Ayyanaan maal jechuu akka barbaade Naaf Hin galu . Obbo Raajii Galatoomi ati nama Raajiidha Akkuma maqaa keetii Ulfaadhu.🎉
Baayyee gaariidha nama hubannaa siyaasaa gara garaa qaban fiduun dansaadha jabaadhaa
Raji's idea is very clear,convincing and realistic!
Salute for both of them i really appreciate them alot namoota yaada irratti hunda'annidha i hope girrisoon isaan hin jaalataan
Ayaana yadaa bichaata kassata jabdhuu ❤❤
This is really great discussion not in a sense that participants share same views but on how they engaged in the discussion having a varying outlooks! Thank you Abraham for hosting such session!
Dhugaa dubachuuf Ayyan rakkoo qabaa natti fakkata yadduuma pp gargarumaa hin qabuu tasumaa
Diaspora PPti.
Thank you so much 🎉❤OMN Thanks mr Abraham🎉❤🌸🙏
Omn.....ob. Abrahaam hayyoota wajjin marii geeggesun srridha.Garu ammoo namoota akka Ayyana sana osoo isnitti have irrwoyya.
Ayaanii pp ta'uu ifati muliisee . Na
Namichi kuni wanuma dubtu inbeeku
Ayyaanaa duraan dursee kabajaa siif qabu sii ibsaa,garuu waan tokko tokko dhugaa irraa waan fagaate dubbachuu kee sodaa irraa kan ka'e ta'uun ni mala malee dhugaa ummata keessa jiru faalteerta.
Ayyaanaan bakka buhaa ppti
Ayana you are amazing analyst, I agree with you hundred percent. God bless you brother ❤
Jabaadhu Raaji
Fair analysis. Thank you Ayana. Love from Norway
Ayaanan nama jabadha pp qabduu fi ajaa'ibsiifadhu.Garuu gaffii siyaasaa oromoon irrattii hubannoo kaleessee qaba.Nama jechoota dabsuudhan yaadasaa namarratti fe'uf nama tattafatudha.
Inni PP bakka buhee dubbachuu qaba. Achii kaffalamaafii.
Raji you are right respect
You are genuine, Oromo
Omn sagalee uummata cunqurfamaa❤❤❤❤❤
Ayyana omn irraatti hin fidna obn irraati yaada isaa haa ibsatu bitamtu pp kana
Yaada dhugaa hin fudhattu duraanuu girrisaa. Girrisaa
Galatomma, walligallten bayyee barrbbachiissadhaa! 🙏 Nagaan gollaa gollaa keyyssaa burrqaa!
What Ever you have Talking is good.this idea sharing & Negotation through Discussion is best than Fighting with Gun & Closing Rode.Thank you Rajii & Ayana.
Dhiifama nuuf godhaa OMN Ayyaanaan mormii Jawaariif deemuutti jira.
Ayyaanaan pp dhaa bari. Sanuu PP amantii prosperity jedhamu hordofuudha.
Oduu
😅😅😂😂😂😂@@gutemaguutuu5117
Raji u are well matured and a good poleticien example man for our generation ❤
Ayyaanaan yaadaa bishaataa kaasa. Galatoomi!
Perfect Raaji yaada madaalawaa ija qabu dubbattani galatoomaa
Yaada bilchaataa dha .👌
Ayyaanaan gartuu tokkollee osoo hin qabaatiin dhugaa dubbii haala qabatamaa ummanni Oromoo keessa jiru fi akka nama amma Wallaga keessa jirracha jirutti malee ofii biyya hambaa keessa taa'ee dubbatutti miti nu jiraadhu Ayyaana 1:05:44
Raji waan dhugaati jiraadhuu
Wayyii Ayana.Yaadhi ke Kama PP nattii fakkaata
He is couverd PP
OMN Median Ka qeeqamumitii yoomile
Anaaf gura Ummatta
Cunqurfammaatti jabaadhu Abraham
Omn ijaafi gurra ummataa thank you Abrish
Raajii yaada baay'ee fudhatama qabu dhiyeessite nuu jiraadhu
yaanni ayyaana bayyee nama dabara wlhi pp bakka buee haasaha yaada jidugaleessa tahe hin qabu
Ayyaanan Waa'ee gaaffii Oromoo bu'uraa hin beeku dhiifama godhaf
Ayyaanaan gibira waan funaansisaa jiru fakkaata haasofti isaa
Baruu kijibaa dhalootaaf kaayyuun garuu add maleedha
Raajii atii dhuguma Raajiidha. Ittii fufii
Abraham iigoo jette, namni iigoodhaan bukaa'ee tolfame Jwaar keetiidha,
Ayyaanaan eenyu akka ta'e xiqqoo ifa nuuf ta'eera.
Eessa turte? Ayyaanaan ppdha
Ayyaanaan pp bakka bu'ee akka jiru ifaadha
Ayyaanan PP ta'uu har'an hubadhe.
Me too 😭🙈
OMN kan jibbameef namoota garaachaf du'an dhiheessuu isati.
Ayyaanaa fayyaa tahi🎉
Yaada Rajii wajjiin Bayern walii gala, Thank you Raji. Rakkina keessa jirru kana hunda bolola Angoo tifi confusion akka Ayyanaan haasawu kanaatu nutti fide, silaa jalqabarra walii galanii qooda leenca walii qodanii Ambaa afaan waloon dhaabatanii arra waan biraa haasofna.
Yaa carraa OROMOO akkanatti hin haftu inshaa Allah
Ayyaanaan baay’ee Jawaariitti hinaafe fakkaata
Jawariitu Abiyiin jala arrabse kanaaf aarii irraa qaba.
Ayyanakoo ❤❤❤❤
Ayyaanaan bakka bu'aa PP biyya alaa ta'ee waan muudame fakkaata.
Ayyaanaan baay’ee Jawaariitti hinaafe fakkaata
Jawariitu Abiyiin jala arrabse kanaaf aarii irraa qaba.
Ani yaada Raajii sirriitti jaaladhe
Ayyaana nan tuffadhe
Yeroo ummatni keenya diroonii dhumu yoo hayyuu ta’e dubbatee beeka
Hinaaffaa qofa
Oolmaa tokko oromoof oolee hin beeku
Wonti hunda keenya tokko nu taasisu
Rakkoo ummata keenyaati
Mootummaan ummata keenya bakka bu’e hin jiru
Ummatni dhiibbaa jala bahee waan hin filanneef
Bolloo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayyaanaan waayi amaarr haasawu qaba
❤❤THE ONLY BEST PROGRAM OF OMN🎉🎉🎉 RESPECT ABREHAM AND BOTH OF 👏 🙌
Omn Namichaatti Ayyanaa Jedhamtu Bitamu Kana Utuu Dhyeessu Baate
Ati ba'ii dubbadhu ka!
Ayyaanan Mootummaa irraa ittisaa jira
Ayana pp dhaa Bar kesaanii hojjetaa
Ayanan qoree dhoqqee keessati.
Ay ayyaana in beekta siin jennaan jawaarirra ol bahuu hawwitee 😂😂😂
Ayuaanaan Mootummaadhaaf mormaa jira
Adeemsi isaa natti hin tolle
Yeroo hunda media Boqolloo irra oola
Abukaatoo pp obbo ayyaanaa
Gaazzexeessaan maaf dhugaa sodaatta? Garuu immoo Ayyaanaa fi Raajiin eejjannoo siyaasaa garagaraa qabaattanis lameen keessanuu qaxaleewwan siyaasa ammayyaati. Jabaadhaa💪🏾💪🏾💪🏾
Yaadinni raajiifi Ayyaanaan dhiyyeessan bàay'ee gaariidha!
Omn kun nama akka ayyaan kan maalif afeertu hasaawu malee siyaasa hin beeku caalis dunuufte moorma
Abukattoo Abiyi fidanii fajii wal dorgomsiiftu tolchitan kan oroof dubatu rajii sirrii jira ayanaan abukattoo pp
dhugaa heedduu namatti tola , namani yaada bitachu barbaadu kuno dhiyaadha. yaada ofii ifatti dubbachun aadaa gaariidha. yaadni ayyaanas kan raajis kan Abiy or kan jawaar hin fakkatu this is what we need! warrii yaada bitachu hin beekne of course yaada qeequ osoo hin taane arraba arabsutu isniif dhiyaata kan arrabaaf qopha'e qofa osoo hin taane kan yaadan mormus ni qabna. GALATOOMA
Malii sobnii hanganaa gahuu yaa warraa omn
Waligaltee paartileetiin Angoo wali hirra, Dimokraasii ykN Siena Gadaati hojitti deebisinnaa,no foyyeesina kan jedhu gadii ta'i yaada jedhamutu lubbutti caaqa akka maricharraa arginutti .
Ayyaanaa kana guyyaa obn irratti argen jibbe
Raaji now you are right . oromiyya dadhabdu qabatani Fedrali llixuurra oromiyyaa dura qullessi .
Rakkini oromoo dhaboolee oromotti.
Kalas !
Ayyaanaan yaada bal.aa bareedaa qaba
Nuuf jabaadha
Tokko lama taataniis Akkaa Kumaattii Hojaadha
ayyana ati komishiini san keessaa jitaa😮
Ayyaana, ergamtuu pp tii fuulaa dura hin fidina.
Dhiisii dalgaa hin deemiin
Abraham yoo fedhe jawhariin akka gooftaatti haa gabbaru Amma booda garuu ummanni oromoo baartii fedhes Nama dhuunfaa fedhes.hingabbaru waan isaaf tahu nibeeka ummanni Amma bakka binaatootaatiifii bakka aangoof bololtoonni jiran irraa fagoo jira
Rajiin ejjennoo durumaa beekamaadhaa, inni ABO waan ta'eef yaanni isaa yaada ABOtii malee yaada nama dhuunfaa ta'uu hin danda'uu. Inni gazexessaa ABO ture. ONN keessa gaazexessummaadhaan hojjataa ture.
So what ? He is tell us only the truth what we see now
Raajiin Dhugamaa ilma QBO dhalchedha! Ulfadhu
Gurbaama Ayyaanaa jedhan kana waanumanni dubbatu dhama hin qabu.... keessaayyuu ijaarsa iizii faannoon walqabatee dhugaa lafa jiru osoo itti himanii dhagahuu hin feene ture. Anaan achumarratti nagahe waa'eensaa
Namtitin Tum Pro Maraara caala Beekuu Barbaadi
Abrahim Birruu hedduu galatoomi,,ati nama haqaati dhugaa,,nuuf jiraadhu
Waallagaa Arsii maaliif jibitii
Ayyaanaan gartuu tokkollee osoo hin qabaatiin dhugaa dubbii haala qabatamaa ummanni Oromoo keessa jiru fi akka nama amma Wallaga keessa jirracha jirutti malee ofii biyya hambaa keessa taa'ee dubbatutti miti nu jiraadhu Ayyaana 1:05:44
Ilmaan Pp fide birr koo😢😢😢
Galatomaj ❤❤❤
Ayyana rakkoo qaba
Namichi Ayyaanaa jedhan kun xurumbaa piippiiti
Ayyaanaan diina innakkaa oromooti
Rajjii fi Abrahaam Guddaa Galatoomaa jiraa dhaa jabaa dhaa 💖💖🙏🙏
warri dhugaa Oromoo Daabbssuu yoomiyyuu hin milkaawuu
Translate to English
Jabaadhaa, lamman keessanuu yaada ciccimoo kaastan, ijjannoo jabaa qabdu, Ayaanaan furmaata lafa qabeessa ta'e kaase, Raajiin immoo yaada barbaachisaa ta'e kaase, furmaata lafa qabeessa ta'e ayyaanaan kaase kana qabanne, yaada barbaachisaa ta'e Raajiin kaase kanaa carraaquuttu caala.
Namoota harka baasuu malee ejjannoo hinqabne walitti qabame waliin hooggantoonni kfo fi Abo yaa hirmaatan yoo jettu obbo Ayyaanaa qaanidha.
Gurbaa kana maaliif as irra fiddanii gurbaan ppiiha kana xaasaa nama hin ta'in
I appreciate two participants and Abraham, very civil discussion. I agreed with What Raji raised [had it been all Oromo parties come to the table & agreed the future or oromo & Oromia and even Ethiopia would not have been like today) However my question, at that time OLF of Jal Dawud & Dr. Abiy group (not includ Lema's group) had different view when I think today. Still the solution is these two group must have come together to discuss as Oromo culture to solve their problem.
Ijolleen oromoo siyaasaa media kanaa irratti baratani! Isiin ille asumaatti baradha!! Diina walirratti hin tahina malee!!