Mormii irra booda hamza Shaikh jabir & ahbaash

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 21 окт 2024

Комментарии • 282

  • @aseejawwar2245
    @aseejawwar2245 3 года назад +2

    Masha,Alla Shek kenyaa,Hamza jabir wollayi,ati Goota, ❤❤❤❤

  • @عبدالكريمابوعبدالكريم

    Yaa ustaaza keenya hamza umrii si haa dheeressuu habaashiin ummaata sammuu furri kaa rabbiin abaare yaa adawwii muslima dhabama isin haa godhu ummaata afaan udaani habaashi ummaata rabbiin jibbee

  • @makahmohammad5755
    @makahmohammad5755 5 лет назад

    Auzubbiillaa malli nama akkan mattaa jabbattuu Rabbin isin haa qajellchuu

  • @amiiraamiiramummad4493
    @amiiraamiiramummad4493 2 года назад

    Mashalllllllh mashalllllllh mashalllllllh USTA kenyaa ❤️❤️❤️ Rabiin siraa hajalatuu

  • @SadakathibKathib
    @SadakathibKathib 4 года назад

    Waallahi ummaatta fokatee nanigaa Raabbii daribee Raabbi asumara dhabbama isaan haa gadhuu inshaa Allah

  • @gannatgettuu7089
    @gannatgettuu7089 4 года назад

    Ani hasofanii kee na kofalachisaa yoo yaa katabbaa yaa katabbaa yoo jettuu na kofalachifataa Magallaa warraa haraggee jiradhuu ijollee tetifii hamatuu siin aragiin

  • @azeezajimma413
    @azeezajimma413 5 лет назад

    Rabbi sihaa tiysu obbolessa keenya ustaz hamzaa aduwwi dinii rabbi nurraa haa kaasu nuti hin dandeenyu dandettin kan rabbitti rabbi aduwwii hin mirgeessin

  • @jirraahuddabaacha3140
    @jirraahuddabaacha3140 2 года назад

    Subhaanalaah
    S a w🕋❤️🌳❤️☪️alh jabbadhu hamazaa keenyaa rabbiin umrii SI haa dheeressu

  • @salihaqandulaxif1837
    @salihaqandulaxif1837 4 года назад +1

    Silaa anii waan nan gaalee tokoo ummannii kunii namaa gurgudaa hin qabanii anii takkaa hin arginee ujolemaa gadii bahee Afaan baanaa shekotiin tenaa moo tanin wajjiin hin hasayiin waan kabajaa hibqabnee tunin ujoleen hasayuu hin beytuu warraa mormif dhalaatee subahanalla raabiin jarraa haa qajelchuu yookiin raabiin nuraa haa darbuu maqaa muslimaa nu baleesa jiranii kanin laalanii waan argan hasayaan wahee muslimaa

  • @FurqaanMahammad
    @FurqaanMahammad Месяц назад

    Jabaadhu habiibi kiyya hamzaa rabbiif jechaan si jaaladha habiibi

  • @hayyaatiamaan1458
    @hayyaatiamaan1458 4 года назад

    Rabbiin sin haa qab Inshaallh usutazaa kenyaa jzk

  • @عبدالحمن-غ5خ
    @عبدالحمن-غ5خ 5 лет назад +1

    mashalllahaàa mashalllahaàa tabarakallahaa rabiin isnira hajalatu hamza kenyaa woyii habshii dhabama siiha godhu Asado dubii jijira jira kiyan

  • @nuredinhussen1061
    @nuredinhussen1061 2 года назад

    Masha Allah ustaz keenya ustaaz hamza a🧡🧡🧡🧡🧡

  • @bakalcha5545
    @bakalcha5545 4 года назад +1

    Kkkkkkkkk na dhagaayi mucayyo hay Ustaz Hamziyee I love you so much

  • @makahmohammad5755
    @makahmohammad5755 5 лет назад

    Wallayyii dhugaa ketii Hamza isan musllimumaa fulluma isanittirra hin jirruu

  • @sabboonaayilaal9661
    @sabboonaayilaal9661 2 года назад

    Waliin hin hasahin hamzaa ummata dhama aa

  • @arabeahmed7171
    @arabeahmed7171 2 года назад

    Amshiir habash dura adunya jallifte ammas jalisa jirti rabbiin jala nuu haa baasu

  • @shamsmuhammedmuhammed8329
    @shamsmuhammedmuhammed8329 5 лет назад

    Yaa ummattaa kenyaa wottii akkan ummattaa musalimma biyyaa kenyaa kessale wottii akkan unuman jira
    Yaa rabbi umatta jalatta attiin qajelachii
    Biyyottaa Iraq kessattiin argee dubii akkan
    Umatta shirikkii

  • @qashxiidubraaqilxuuananii8831
    @qashxiidubraaqilxuuananii8831 2 года назад

    umrii dhertuu dhertuu sii haa kenuu ijaraa hafii

  • @عبدالحكيممحمد-ط3ذ
    @عبدالحكيممحمد-ط3ذ 5 лет назад +3

    Dhugadhaa Shekaa Uman hin dhagahuu

  • @asyaly6945
    @asyaly6945 5 лет назад

    Ana. Hasofni. Isaani fii. Suran isaanis. Haqisi. Nagadha

  • @mominaguye2474
    @mominaguye2474 5 лет назад

    Rabbin abashin adunyaa tanna irraa is Ani haa dhabasisu uza kenyaa mataa dhukuse dhabba aa rabbi isini haa godhuu kijidotaa fookatotaa

  • @sumayaasumayaa8483
    @sumayaasumayaa8483 4 года назад

    Walekumsalami woramatulhi wobarakatu
    Dhuga kesani uztaza kenya hmz jzk

  • @hawaaa2909
    @hawaaa2909 5 лет назад +1

    As wr wb akmii naga jirtuu mashahllaa rabiinii isiniraa haa jaltuu jazanii kesanii jenanataa hatuu husazta kenyaa hamzaa garuu wanii toko na galee mee na daebisaa habshii tun malii musilimaa moo kiristan kaa akan mormuu quranii rabii lama moo akmii

  • @fayoayman892
    @fayoayman892 5 лет назад +2

    Yaa shekka hamza kenyaa umataa abarama kan dhisii rabbi ni arkaa jzk

  • @naimanaima-ph6yu
    @naimanaima-ph6yu 5 лет назад

    Ustazaa keenaa dhisaa kana kaa rabbiin ibidhaa naqu hedhuu insha allah akana asii ariaa kunii muslimamitii abboo atii ustazaa keenaa hamzaa disaa isinii rabbiituu jiraafii kanaa insha allah dhuraa demii Quranaa qaraii jedhanii disaa yoo kananii dalasuu rabbiituu siraatii buaa eshii ofii egii taaii

  • @umuuzuberiiiumuuzuberiii1077
    @umuuzuberiiiumuuzuberiii1077 5 лет назад

    mashallaa mashallaa mashallaah ustaaz rabbiii umriii isiinii nuu haa dhersuu

  • @abdiisaakiyyaa3777
    @abdiisaakiyyaa3777 4 года назад

    Subban alha rabbii isan haa qajelechuu

  • @nafisahossen1606
    @nafisahossen1606 5 лет назад

    shekaa rabbii bekumsaa dhumaa hin qabnee rabbii isin kenuu

  • @sadiyaatube9177
    @sadiyaatube9177 5 лет назад

    wa.aleeykumsalam warmatuu wabarkatuu mashaal Allah mashaal ustaaz jakuumaakeeraanii rabiinaaumria haadhareeessuuaa ishaa Allah ishaa Allah Ahbaashii hoomaa hin dhagaa kaanii namanii itii hin hin dhagnii waanii oofii saanii maalee ustaz isaa dhaiisaa isiinaa jalaa hin isaanii dhagaii rabiinaa isniiraa Ahbaashii rabiinaa haa qajeechuuaa

  • @omaradem8306
    @omaradem8306 4 года назад

    Sh/kh ummaatta kanan wajjin
    Yeroo tee hin gubin
    #Diin hin qabani bar
    Ahbash nuuti Dur hubane
    jira

  • @sultanalislam3797
    @sultanalislam3797 5 лет назад

    Wollaah hin kijbda Rabbiin akka namaatitti gadi hin bu'u gadi bu'iinsa isaan malu gadi bu'a Yaa ummata Ahbaash ummata waan beeyne mormii malee.Rabbuma Hin Sodaattu yoo guyyaa adiin kijbdu

  • @fatoumaadam453
    @fatoumaadam453 5 лет назад +1

    Yaa Ummataa Ahbaash isiin maqaa islimina himatuu irraa osoo kirri dimaa umata kirstan osoo hidhatanii natii tolaa way osoo argee mormaa isaa kofiyaa tanan walitii qabee irra darba silaa tana saree sarota sareenu isaan caltii jalatota sarotaa ergamtota yahudaa buchulota Abdalla harar

  • @naimaamamamadiiarsiiarbaag613
    @naimaamamamadiiarsiiarbaag613 5 лет назад

    Ustazaa hamzaa Raabbii fayyaa sii haa kenuu nufii jiradhuu👍👍👍👍

  • @haddartuunaasir3038
    @haddartuunaasir3038 5 лет назад

    Maasha Allah tabaaraka Allah maasha Allah tabaaraka Allah ustaaza keenya hamzaa sheikh jaabir rabbilaalamiin sirraa haa jaallatu jzk

  • @abdiisaakiyyaa3777
    @abdiisaakiyyaa3777 4 года назад

    Eeeee dhugaa keessan rabbiin irraa haa jalatu usazataa keenyaa

  • @sumayaasumayaa8483
    @sumayaasumayaa8483 4 года назад

    Dhuga uztaza kenya dhisaa hi maratee hbashi

  • @gibbeegammaa8092
    @gibbeegammaa8092 5 лет назад

    dhugaa kessaanii yaa Ustaaz keenyaa raabii umurii kessan nuuf haadheressuu

  • @nawwaafnawaf446
    @nawwaafnawaf446 5 лет назад

    Ahbaashi kijibdu tan akk hamzaa shek jaabiri tan ahbaashi siif tahu sunna Mali beekta ummata Mata jabaaattuu a hbaashii sheexaanaa

  • @khadiijakhalifaa7625
    @khadiijakhalifaa7625 2 года назад

    😄😄😄subahan alhaaa worahaaa suufiiyotaaaaaaa argaa jiirahaa

  • @MaryamaKadir
    @MaryamaKadir Год назад

    Ee wllh ustaaz keenyaa kabajamaa inshaa allah jzk habashii mataa duuda woliin hin aarinaa

  • @meryemabdurehman3788
    @meryemabdurehman3788 5 лет назад

    Haadisaa sobaa yoo dhiiyisee isumatti deebisaa eessaa fide sanada isaa waliin akka dhiheesuu godha malee wal arabsun gaarii miti dawwatootafis walxaxaa sahiihaa fi daaiifaa tahu isaa ragaa fidadhu jedhanii

  • @amuufiriitube8064
    @amuufiriitube8064 5 лет назад

    Wa'aleeykumsalaam Warahamahatullahi Wobarakatuhu
    Maashaa Allaah MaaShaa Allaah Rabbii isinirraa haa jallatu ustaazeeeee Baarakallahu fiikum

  • @yarisosharif3670
    @yarisosharif3670 5 лет назад

    Salanu alekum shekh ham za shekh jabir zaja keysan rabin isni hakha falu ahba rabiti basho godhe bashon fadaa hin qab du bashon foon male bon bira hin dhar tu

  • @birqisatamaambirqisatamaam2211
    @birqisatamaambirqisatamaam2211 5 лет назад +1

    Uuuf soba habashi dadhabneera Rabbi haqajeechu ofii jallatani dhaloota dhufu jallisuufi ustaazna JAK💞💞💞💞💞💞💞

  • @amiiraamiiramummad4493
    @amiiraamiiramummad4493 2 года назад

    Sallallaahu Aleyii wasaallam 💟 sallallaahu 💟 Aleyii 💟 wasaallam

  • @abdiisaahmed4500
    @abdiisaahmed4500 5 лет назад

    Rabbiin nabiyyii keenya muusaadhaan fir'oowna gorsi je'ee yeroo itti erge suuta je'ii afaan gaariin ofitti qabii gorsi je'een

  • @nawwaafnawaf446
    @nawwaafnawaf446 5 лет назад

    Abaashin hadiisa maalii beektii maallaqa yahudaarraa nyaadhu male bii'izinillaah du'aayii ulamarraa hinaftu akka woyyanee
    Ustaaz Ahmadin Jabaal ahbash kijibaan Hiinan Rabbiin baase Abaashii dhamaatuu Aalan S unnaa woljama'an nama siwojjin dhama'uu miti

  • @maryaamusmaanwalloo4156
    @maryaamusmaanwalloo4156 5 лет назад

    Hayiiiii Ustaaz keenya ittii dhisii sammuu kee of hin nanneesini jaratin wallaahi sammuu nama nanneesiti kijibaani ittii dhiisi Ustaaze ko ♥♥♥

    • @raihanayaaraabbiiatinujjin9737
      @raihanayaaraabbiiatinujjin9737 5 лет назад

      Suubanahallah yaa ustaz naminni beekaa race hin daammaaqu jedhe oromo kaanafu kana waalin maata of I hin dhuukkubsina adara።@

  • @jannahassan9224
    @jannahassan9224 5 лет назад

    Anii yaniniin qabuu
    Ulamain naman arabsuu.
    Shek hamza yadda qabduu
    Bifaa ngyatin mirkaneysii ykn mormii islamumaan dura afaan isaa sera egachuudha. Sagale mioftufi jechotaa rabbin as.. Dubatee himaa. Gallatomi jabadhuu.

    • @hadhabiilaal8673
      @hadhabiilaal8673 4 года назад

      Hamza shek jabiir dogongora hiin qabu homiiyu

  • @meyou6905
    @meyou6905 5 лет назад

    Rabbin isin irra ha jallatu sheka kenya wallah jechi dhugadha insha Allah rabbin jira wallah kijibdun duru hin kijibdi rabbin sira ha jallatu insha Allah

  • @shukrighazali13
    @shukrighazali13 5 лет назад

    Gurbattiin.tana rabbiin ittihalaalu wallahi isin jabaadha ustaz jzk 💓💓💞❤💜💝🙏☝

  • @kadiirmahammad9770
    @kadiirmahammad9770 2 года назад

    Dhukkee irraa kaasi maashaallaa

  • @nafisahossen1606
    @nafisahossen1606 5 лет назад

    shekaa rabbii bekumsaa dhumaa hin qabnee rabbii isin kenuu 🌹

  • @fbjvhbngbb429
    @fbjvhbngbb429 5 лет назад

    hasbunallahu wanimal wakiil wara ahbaash

  • @MubarekHusein-u2r
    @MubarekHusein-u2r Год назад

    Rabbi sii haa qajelchu hamza

  • @maryamtube1963
    @maryamtube1963 5 лет назад

    Ahbash sheyxanaa natii fakatii wajii mormiin hamzaa kenyaa

  • @shamasiyaassallatube76
    @shamasiyaassallatube76 5 лет назад

    Maashaa allahaa usitaazunaa jaabadhaa itii fufaa akaanumaatii itii himaa jzkl

  • @hindiamohammd406
    @hindiamohammd406 5 лет назад

    ammachif waan isaa dubatanirat ragaa kayyaf waali hinmormina mata nama dhukkubsa mashalha anu dubisu dandaee arbi

  • @RtRt-go5bo
    @RtRt-go5bo 4 года назад

    Jzkr ustaz subhanallah yaa rabbii

  • @oromooqerroo1793
    @oromooqerroo1793 5 лет назад +1

    Wl wr wb jiaradha ustaz oso isin jirtani ummata akka hin jallifne

  • @MubarekHusein-u2r
    @MubarekHusein-u2r Год назад

    Qabamte kaa rabbi siqabe dhuga jala dheessun hin taatu fudhadhu yookin raga bayiifi deemi

  • @khalidbadesa9944
    @khalidbadesa9944 5 лет назад

    Warra sammu hin qabne jara qalbbiin dhagaa ahbbaash ummata jallaataa

  • @fathimafathima9147
    @fathimafathima9147 4 года назад

    Ustaz kenyaa nuuf jiradhaa isiin umriii dhertuu waraa kijibu wajiin dhisaa isiin

  • @makiyaabest4835
    @makiyaabest4835 5 лет назад

    yaa ustzaa kenaa wayii samii dhakaa tana wolini hini hasini ok wani nama jala dhagayuu wolini hasayani

  • @shamsiyaaqashtiitoo3684
    @shamsiyaaqashtiitoo3684 5 лет назад

    ustaaz Hamz Rabbiin bekkumsaa kana caluu isiinf haa dabaluu inshaa allah umri nuuf dheradha Ahbaash Sammuu hin qaduu Yaa mjanunaa Ahbaash gadali seeni Haree

  • @mameeoromo7919
    @mameeoromo7919 5 лет назад

    Waleekum salam waramatulah wabarakatu dhukee irraa kassa ustaz mashaa allaah rabbiin ilmii bareedu sii haa dabalu sobdu tan

    • @aminaabdallah3135
      @aminaabdallah3135 5 лет назад

      Diqifadhaa itii dhisaa uzatasaa kuninii umataa kafaree

  • @zakiranaasirjimmaabbajifaa6323
    @zakiranaasirjimmaabbajifaa6323 5 лет назад

    As wr wb ofirra dhisa Ustaaz hamasa worra sammuu gogogdu wojjin hin dubbatina ustaza keenya JZK

  • @FarhanAbdi-w4e
    @FarhanAbdi-w4e Месяц назад

    Ustaaz Hamzaa jabaadhu

  • @naimanaima-ph6yu
    @naimanaima-ph6yu 5 лет назад +1

    As wr wb ustazaa keenaa hamzaa rabbiin isiniraa hajalatuu insha allah kunii ilmaa islamaa hin jedhamu walahii walahii rabbiin nama akkana kanaa nuraa haqabuu abboo walahii inshaa allah kunii kafiraa walahii rabbiin keenaa subahanahu wataa allah arshii iraatii wal taaee laailaha illalaaha

    • @naimanaima-ph6yu
      @naimanaima-ph6yu 5 лет назад

      Yaa rabbii nama akanaa nuraa fixii yaa allah yaa rabbii

    • @asiyaaasia2527
      @asiyaaasia2527 5 лет назад

      Obbolleessa keena nama hin Arabasaani garii miti

  • @ramadanmahmad
    @ramadanmahmad Год назад +1

    Inanillahi wainna ilehi rajiuun

  • @fbjvhbngbb429
    @fbjvhbngbb429 5 лет назад

    fulumtii sanii nama jibisisa wallahii

  • @SadakathibKathib
    @SadakathibKathib 4 года назад

    USTAAZ keenyaa samuun isaan duddaa wly Umaatta waani jiree fudhee haasayu

  • @feyruzaabdalla636
    @feyruzaabdalla636 5 лет назад +2

    wly ani umata munafiqa akka hin agare dhugaa

  • @aseejawwar2245
    @aseejawwar2245 3 года назад

    Habashii,ummata,sareen Gadii,

  • @BalbalLeettii
    @BalbalLeettii 4 месяца назад

    Hamzaa dhama'aa dhoqqee

  • @kalid_J
    @kalid_J 3 года назад

    Dhugaa hamzaa

  • @fbjvhbngbb429
    @fbjvhbngbb429 5 лет назад

    sagalemaa namtitii kana najibisisaa lamefaa mugutishee indhabatin hamzaan

  • @hajjoooromiayknjhajjoohabi1984
    @hajjoooromiayknjhajjoohabi1984 5 лет назад

    Sheeka As Wr wb mashaa allaah Ee sammuun keessan dandayaadha isinii haa dabalu ammas opsa ufii Amshiir

  • @sugarsn9611
    @sugarsn9611 5 лет назад

    Rabbii irraahaalafisuu

  • @alhmdulillahrabbialamaa1257
    @alhmdulillahrabbialamaa1257 4 года назад

    As wr wb maasha allah ustaz keenyaa dhamsii kiiyya ho isiin gahe hin ariin hin dalanin wan si gaxamu hundahu ishaa allah rabiin jezaa keessan janatan sin ha gamachisu

  • @الحمداللهيارببانتمحمد

    Kkkkkkkkkk yaa rabbii ahabashin biyya basiiii

  • @عبدالحمن-غ5خ
    @عبدالحمن-غ5خ 5 лет назад

    Auzubiillahaa jechu qofaa baree hinii dhama

  • @makkealiyya4110
    @makkealiyya4110 5 лет назад

    Ws wr wb. Rabbin. Hin. Bekku. Kunii. Hasayyu malle. Dhisii ustazaa Hamza jzk

  • @fbjvhbngbb429
    @fbjvhbngbb429 5 лет назад

    fulumasaniratii beksisaa sobduu fayaa Allah ihdihum

  • @naimaahmedallaaahamdullill5074
    @naimaahmedallaaahamdullill5074 5 лет назад

    Jirraadhuu ustaaz hamzaa

  • @تتنن-د9ط
    @تتنن-د9ط 5 лет назад

    jabadhaa usz hamzaa qabaa umataa walalaa kaa heduu namaa jibisisaa anaa waan kijibaniraa kofiyaa isanii taan qesii fakatii astofululaa

  • @fuadtube4489
    @fuadtube4489 5 лет назад

    Hamza gurban sii marachii
    Hamza rabbiin sii haa gargaruu

  • @fatoumaadam453
    @fatoumaadam453 5 лет назад +2

    Ustazi kenyaa nuu jalaa hin ariina isiin kuni umata rabbi itti cuufee

  • @MubarekHusein-u2r
    @MubarekHusein-u2r Год назад

    Hamaza nama arabsuun amala walalumma fi amala nama ragaa dhabuti raga dhabde maa nama arabsita inni garu sin arrabsine raga qofa siif dhiyeesse yoo walakumman setti taphatte baradhu hin beku jechuun cubbu hin qabu adeero maal taate

  • @kadiirmahammad9770
    @kadiirmahammad9770 2 года назад

    Silkii tee naa ergi umrii dheeraadhu

  • @BalbalLeettii
    @BalbalLeettii 4 месяца назад

    Kkkkkkkkk hamzaan ahabaash dura fiiigeee gara seenu dhabnaan bahara seenee .

  • @naimaamamamadiiarsiiarbaag613
    @naimaamamamadiiarsiiarbaag613 5 лет назад

    Rabbii haa qajeshuu

  • @MaryamaKadir
    @MaryamaKadir Год назад

    Kijiba imaamman hin jenne jedha kijibduun

  • @QormaataDarbuu
    @QormaataDarbuu 9 месяцев назад

    Milkaai hamzaa wontii atii dogongortee yeroo inii abbaa dawwa odeesse dogongoruu maalif itti himtaa akkasii jettee harkatti hinqabduu gaafa mariyam jedhan isaan asiia jettee turtee hamzaa milkaai

  • @تتنن-د9ط
    @تتنن-د9ط 5 лет назад

    isin umataa gowaa waliin hin hasyinaa ust hamzaa

  • @nawwaafnawaf446
    @nawwaafnawaf446 5 лет назад

    Subhanallaaaah

  • @UaeUae-zh1if
    @UaeUae-zh1if 5 лет назад +2

    Mashallah.ustaza.kenya.umri.kessan.nuf.hadheratu

  • @kedirjemal5788
    @kedirjemal5788 5 лет назад

    As wr wb akkaam nagaha sh/ hamzaa Kenya me wa,ee abashii kanini wojjinii demmuf wojjiin hasahuu dhisa offira .anni isinirayyisi hin dhagene usitazoni hunidumituyu rabbiin arishin irra gaddi bu,ee me garbicha kiyyaa kamituu nayadata jedha dhugadha jaraa falaa nama gorisitufii moromitu nufii dhiyesina

  • @omaradem8306
    @omaradem8306 4 года назад

    Ahbasha Amanti isaan gutumiti
    Dogogora Gudda keessa jirani