Waanta Sadiin Takkaatti Dhabe

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 янв 2025

Комментарии •

  • @Bareduuqarsa
    @Bareduuqarsa 14 часов назад +2

    😢😢😢😢😢😢hayii jirenyaa biyyaa lafaa harmee kotiif jechaa wagaa dheraa biyyaa jirachaa jiraa 😢😢😢kiyyaa moo yomii jiradha jedhee gabee hin bekuu😢😢😢😢😢😢😢😢abshirii

  • @TokumaTamiru-w8y
    @TokumaTamiru-w8y 19 минут назад

    Way baayyee nama gaddisiisa. Yaa ta'u malee eega fayyitee hojii keetti deebi'i. Akka amantii keetti WAAQA kadhadhuutoo INTALA BIYYA KEETII obboleessa kee kan biyyaatin kan NAAMUSA qabdu naa laali jedhiinii fuudhii . San booda nama rakkate gargaarii HAADHA fi ABBAA keetif du'aayii goosisiif.yoos sammuun kee baayye boqonnaa argataa.
    YEROO GABAABATTI AYYAANNI ABBAAFI HAADHA KEE HOJII KEE ISA DURAATTI SIYAA DEEBISU❤❤

  • @ismaelamaan1463
    @ismaelamaan1463 День назад +1

    Dhugaa rabbii senan kee baay'ee gara na balesse sille komachuf mitti garuu ergaa haatii tee duute booda abbaa kes wagga 1 gutuu hin lalee isan sin waliin dhama'an osoo jiranu konkoltaa haadhaa warraa tetii bitafi waay yaa rabbii nama akkami atti
    Waanti darbe debi'uu senama tahe hafaa amma waani attti godhu qabu akka yaada ketti
    Hojii kettis debi'ii haadhooliin heddun rakkatani bulan biyyaa kena kessati gargaruu haadhaf abban kee sirraa fagagtanis hoji keetti ni gammaduu islamas tahu batu sadaqan warra du'ef bu'a qaba haadhooli fi abbooti rakkatan gargarii hoji keti debi'ii kessii kees gammachachuu ni argataa wani darbe darbe kama dhufuu sireessuudha rabbiis bultii gaarii siif ha riizquu😊

  • @Badhatu-p7y
    @Badhatu-p7y День назад +3

    Oromoon osoo jirtuu Waraa gumatii maltuu siigeesee Amalee Of Eganoo sii Barabaaciisaa Raabiin jirenyaa kee siif Hasiireesuu Hadaa manaa kee Bakaa iseen jiituutii Raabii Hujiii isiii Hakenuuff Sabaa kee osoo tatee Hamas kanaa siimiituu😢😢😢😢😢😢😢

  • @Matinaftaaa
    @Matinaftaaa День назад +2

    Kan darbe darbe baqa jirenya ke gaara fuldura waaqayyoo sif ha barechu obbolesa ko❤qali

  • @FjgGj-f5f
    @FjgGj-f5f День назад +1

    Rabbiin qalbii kee siif haa deebisu maatii kee illee jannata rabbii haa kennuuf

  • @SimonsDaibbai
    @SimonsDaibbai День назад

    Rabbi si haa gargaaru abbaa keetiif haadha kee rabbiin gannataa keessa isaan haa jiraachisu simmoo waaqayyo si haa gargaaru innis haa fayyisu jabaadhu ammas jabaa ta'i kaayyoo kee fuulduraa ammallee rabbiin itti siif guuta jabaadhu galatoomi

  • @Obsinanee
    @Obsinanee 17 часов назад

    Yaa obalesaa ko bayee dogogoraa gudaa qabaa adunyan kanaraa wani akaa hadhaa ofi namaa dhiquu hin jiruu akaa fedhee yo tayee nuti dubartii qalabii kenyaa qalabii jolee daimaa hin gesuu tan kutee kutee tan ganatif dubartii amantii isii siritii jabesituu fudhii sanin alaa dubartii shalee yoo futee amalee jirenyaa ke kan ganaa hafee diretii si jalaa laquu dendesii senan ke bayee namaa dhibee wly anu imiman na bochiftee garuu mashaa ala atii dhugaa ebaa hadhaa ketii qabdaa egaa eshen dutee kan bodee akaa amantii ketii maqaa isitin miskinaa gargaru maqaa isitin manaa amantii gargarii akasitis baye garidhaa hadhaa fi abaa ke rabii waraa janataa sif haa godhuu nutii huduu aciraa hin hafnu kanas bekuu qabdaa araa jiraa malee boruu hin jiruu 😢sifi daima ke umrii rabii isin ha dheresuu 🤲jabadhauu❤

  • @Kabani-s9p
    @Kabani-s9p День назад

    Mudannokee jalqabairraa Kanatii Dogongoraa gudda goote Yeroo Jarrii Qarshi gadi Siif dhisuuf Qarshii Sigaafataan Sana Konkolaatakee Maqaa isaanitti naannessufiinkee Akkadadhabina keetitti/ Nama Gorssan sibiradhaabbatu dhabuuketitti, qabadhu. Jarattin,si hatuuf Akka isaan haalamijeeffatan irraattibaru dhiisuke kan akkana sitti hindebi'in.jabadhu. Haadhaf Abbannkemmo jaalalagaariifi Umuuri Gaari waalin dabarsani du'an waan ta'ef Lubbu isaaniqofaaf waaqsyyon kadhadhuf Araarri waaqabira Akkannita'ufitti. Sababi isaanif Rakkatoota Naannokeetti Argituu Gargari waaqabira Argatta. Yeroon jaalalaitti Agarsiisu dhabukeetti dogongortetta. Kanbiraammo Hadhamana waaqasodattukan Hojiikee irrattis siif kadhachuun Beekumsa Atii qabddulle sii utuubun Siiif taatu ilaali waaqayyoonis Kadhadhuti Jireenya haara jalqabi.waaqayyon sodadhu.isaas kadhadhu. Galatoma.

  • @DerartuDerartu-sf1hj
    @DerartuDerartu-sf1hj 19 часов назад

    Barnoota qaba jireenya Keenya keessatti haadhaf abbaa ofif dursaa keenuun waan hundaa caalaa

  • @Farida-mb8un
    @Farida-mb8un День назад +3

    Natu dura like godhe🎉

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 День назад

    Homaa mitii rabbii obsaa sii haa kennuu garu ama yoo bultti ijartee Intlaa oromo fudhii Sabba birraa irraa yoo wolin dhabbin oromo irraa dhiggaa offi wayyaa 😢😢

  • @SifuMideksa
    @SifuMideksa День назад +1

    Abdii kutiin fayyaa sif haa kennuu isaa darbeef amaas yo gabbitee kan boruu of jalaa balessitaa of biraa dhabbinsa mattii kef jajabinaa obsaa sif haa bayyisuu rabbin

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 День назад

    Amma wani hunduu dabree amma garra hujii deebi,I haadha fi abbaa abba dhabduus ilmo qabda ilmoo teetif yaadi

  • @AlmazGirma-iq5op
    @AlmazGirma-iq5op День назад

    Waaqayyoo gooftan ammayyuu jireenya ke siif ha sirressuu obbolessa ko dhugaa Baye gara na nyaatte ayi ya maati Kenya badiyya dhugumatti nama gaabbisisa hadha mana ke IMO waaqayyoo hojii ishe ha kennufi. Kun Dhiira miidhama kun dubartin miidhama gara nu gubate namni nama miidhu laphe nama cabsu waaqni hojii isa ha kennufi jabaadhu ammas intala oromoo fuudhi muca keetifis gaaridha sifis gaaridha jajabaadhu 😢

  • @RhamaHussin
    @RhamaHussin День назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Warqiiwalagga
    @Warqiiwalagga День назад

    Maltu tigire.futee atti oromin bayetuu jira😊😊😊😊

  • @chaltusisay9752
    @chaltusisay9752 День назад

    Jabadhu yaa obbolesa koo waaqqayyoo jiraa kani darbee darbee ati amma nama biraa fudhii obbollota kee gargarii jiridha waaqqayyoo guyya qaba namani hundi tokko mitti gaarii jiraa waaqqayyoo Gaa'ilaa nama haa barrechuu hubana Gaa'ilaa kenuu

  • @makiama9561
    @makiama9561 День назад

    😢😢😢. Amma dubarti keessa beeytuu fudhuu qabda dhugumatti ijoollee si barbachisa ergaa beekumsafi qabeenya qabate fudhii.. 👰🤵👧🧒👧🧒👦🥰

  • @nuradawud6037
    @nuradawud6037 День назад

    Bakka itti dogoggorte atuubarteetta.Waoti darbesdarbeera ,ati baga fayyaakeetti deebite.Ammagaruu abdiikutuuhinqabdu hojiikeetti deebi’ii hojjadhu jabaadhuutii beekumsakee lafatti gatiuhinqabdu .Yoo waa hinqabne gatiihinqabdu waanta’eef jabaadhu!

  • @MadinaNura-n6q
    @MadinaNura-n6q День назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢uuufffff

  • @SifuMideksa
    @SifuMideksa День назад

    Senaan kee bayyee namaa gaddisisaa haadha abba dhabuun ulfatadhaa kanaraa jabachuu qabaa isaara tahufin malaa jetet atis ya tahuuti garuu sittii muramu waantii darbee waan debinef
    rabbi qalbii kee sif haa debisuu midhamaa ke sif haa laluu bro 😢😢

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 День назад

    Kuni rakkoo dhiira hundaati yoo jartii akkatan haadha fi abbaa keysan dhiisi rabbin isin umeehu ni dagatan

  • @sarraayesuusarraayesuu2081
    @sarraayesuusarraayesuu2081 17 часов назад

    😢😢😢💔💔💔

  • @mestiethiotube4913
    @mestiethiotube4913 День назад

    😢😢😢😢😢😢

  • @hayathahamed8975
    @hayathahamed8975 День назад

    Anii jalaladha❤️👁️‍🗨️

  • @FatiFati-hr7tb
    @FatiFati-hr7tb День назад

    ❤ayyii. Atii hin shawadamtee gdaftee fudhuu baleesitee amms garuu jabaadhuu kan bira fudhii ilmaan horaadhu cinqii kana irranfadhuu

  • @Seenuu501
    @Seenuu501 День назад

    Jalqabaa irraati Obboleessa koo Waaqayyo jajjabinaa siif haa kennu
    Garuu wantii hundumtuu fedhaa Waaqayyon ta'aa kana booda Wa'ee jireenyaa kee darbee teesse gaduu otuu hin tanee jireenyaa kee garaa fulaa duraa irraati xiyyeeffannoo gochuu qabdaa namni kama iyyuu nii dagoggoora dogoggooraa kee irraa baratee gara fulaa duraati adeemuun immo sii barbachisaa jabaadhu Waaqayyo sii haa gargaruu

  • @MakiaMuktar
    @MakiaMuktar День назад +1

    Anis sena ke ka fakatu qaba hara boru gargara jecha kiyumaf qofa figa jira ama nat dhagahame dhuga 😢😢😢😢😢

  • @user-qy9tl3ed3o
    @user-qy9tl3ed3o День назад

    homa mitti jabadhu nama birra fudhi ilmani horadhu hadhafi abbaa kee duayyii ykn kadhana godhiffi wani qabdu irra sadaqa godhiffi nama rakatta fa,aa gargarri maqa jarattini rakatta nyachissi amshirri homa mitti

  • @kiyaa3147
    @kiyaa3147 День назад

    😢😢😢😢😢

  • @tejitukebede9410
    @tejitukebede9410 День назад +1

    Jalalaa sobati kaa😂😂😂

  • @اميرهالحبشي-و2س
    @اميرهالحبشي-و2س День назад

    😢😢😢

  • @miftahuoromo7261
    @miftahuoromo7261 День назад +1

    Atii nama gadhee maccarashadhaa siluma ijollee badiyyaa gafaa magalaa sentuu matii fi firaa hin yaddatuu

  • @BarakaatFayisa-gw5ju
    @BarakaatFayisa-gw5ju День назад +2

    👍👍👍

  • @QarreDambi
    @QarreDambi День назад

    Homa miti Abshir ati jabadhu obsi Kun haluma qormata jiru kanaratti gaari bulti ijarradhu yero san qalbi keeti debite jirachu dandesa yo kopha tate waan heddutu si harka bada dema 😢!

    • @Kofantube
      @Kofantube День назад +1

      Qerreekoo maatii naaf tahi ❤

    • @QarreDambi
      @QarreDambi День назад

      @Kofantube
      Tole

  • @seennaa-w5u
    @seennaa-w5u День назад

    Homaa mitii jabadhuu waqaayyoo siha jajabesuu😢😢😢

  • @gadisegadise3143
    @gadisegadise3143 День назад

    Wayoo senna laphe nama cabisu dhuga abbaf hati ofi enyuunu hin madalmu 🙏🏼🙏🏼🙏🏼

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf День назад

    Sennaa abbaa ke fi hadhaa tee heduu namaa gadisisaa 😢😢😢gafii kiyya issini hangga yomii berrani habashaa jala dematani kuni yomumaa samuu godhatanii diqalumaa umataa oromoo irraa hidhiftani kani biyyaa bulchaa jirusi nitii habashaa dha osoo oromoo tatee biyyaa hin baleesiftuu ofi taha jiradhaa osoo qabanya kee kanna intali oromoo hiratee malii qabaa 😢atti garaa fudurafu shamarani oromoo babaredu safuu guddatee bayee jiraa ijolee oromoo fudhii😮😮😮

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 День назад

    Homaa mitii isaa darbee iraa bartaa jabadhu garaa fuduraatii

  • @werkneshgedefa4798
    @werkneshgedefa4798 День назад +1

    Akkam jabadhu omamiti rabijira kadhanagodhu

  • @warqiigammee
    @warqiigammee День назад +1

    ❤❤❤🎉🎉

  • @Jamil.nugusee
    @Jamil.nugusee День назад +1

    Amishiri 😢😢

  • @AstagifurullaywaAtubuuileey
    @AstagifurullaywaAtubuuileey День назад

    Gorsaa keetiif galtoomii.Rabbiin jajaabina siif haa kennuu

  • @MarufBadiru
    @MarufBadiru День назад +1

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @masee-r7l
    @masee-r7l День назад +1

    ❤❤🎉🎉🥰🥰

  • @Cat-ob2lk
    @Cat-ob2lk День назад

    Nama gadsisaa jabadhuu homaa mitii

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 День назад

    Amma lubbuu teeti fi daa,ima keetif dalagi nuti kanaaf alagaa hin fuudhinaa😂jenna

  • @Werkiesh
    @Werkiesh День назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢wow 🙎🙎🙎🤷🤷🙆🙆🙆🙆🙆🙆

  • @MekdiGirma-ne7ek
    @MekdiGirma-ne7ek День назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢

  • @Warqiiwalagga
    @Warqiiwalagga День назад

    Ayzooo

  • @Tadelu-w7e
    @Tadelu-w7e День назад

    Abshirii homaa mitii hadhooko

  • @hayathahamed8975
    @hayathahamed8975 День назад

    Fb kee mali jedhe

  • @Warqiiwalagga
    @Warqiiwalagga День назад

    Waqqayo saa gargaru

  • @Booniimetiku
    @Booniimetiku 10 часов назад

    🎉🎉🎉🎉😢😢😢❤❤🫶😢💔🙏

  • @siifanhoratoo5705
    @siifanhoratoo5705 День назад

    Bayy,ee dogogorte waa hundaa caala hadha kee laluu qabdaa turee😢😢

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 День назад

    Well come gammu❤

  • @Cat-ob2lk
    @Cat-ob2lk День назад

    😢😢😢😢😢😢😢

    • @wlee178
      @wlee178 День назад

      💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭

  • @MobileShop-r9k
    @MobileShop-r9k День назад

    😂😂😂😂😂😂

  • @DasetaDaseta-z2x
    @DasetaDaseta-z2x День назад +1

    Well comee 🎉🎉

  • @FetiyaAhmed-q2b
    @FetiyaAhmed-q2b День назад +1

    ❤❤❤❤

  • @FroFro-e1w
    @FroFro-e1w День назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @NsbsbJzjzh
    @NsbsbJzjzh День назад +1

    Atti saree dha malee nama miti dhuga matii kee kaan sitti cabee dhiftee dhalaaf dursaa kenitaa

    • @Seenuu501
      @Seenuu501 День назад +1

      Akkas hin jedhaamu Hamilee nama cabsuun gaarii mitti 🙄

    • @Matinaftaaa
      @Matinaftaaa День назад

      Araba maltu fide si kafalamo😮

    • @Meme-e2h1b
      @Meme-e2h1b День назад

      Gochaan isaa nama arsaa

    • @Matinaftaaa
      @Matinaftaaa День назад

      @@Meme-e2h1b iniyu dogogora Isa bare Jira jiram

  • @Sifan-sq9eo
    @Sifan-sq9eo День назад +1

    Wel come gamme

  • @torfatorfa9395
    @torfatorfa9395 День назад

    ❤❤🎉🎉🎉🎉WelCom.Gammee🫠🫠

  • @hehehu6929
    @hehehu6929 День назад

    😢😢😢😢😢😢

  • @BalgishIuu
    @BalgishIuu День назад

    ❤❤❤❤

  • @RhamaHussin
    @RhamaHussin День назад

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @MetiMamo-z5v
    @MetiMamo-z5v День назад

    ❤❤❤