Miira Kana Keessaa Bahuun Dadhabe

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 22 янв 2025

Комментарии • 147

  • @TokumaTamiru-w8y
    @TokumaTamiru-w8y 20 дней назад +29

    Wanta kana namni baayyen dhoksaatti fayyadama. Akka hiciititti dhiirri djiiratti durbi durbatti walityi himu. Kanaafuu yaa koodeetoo akka amanta keetitti fuula rabbi dhaabbadhu ORTODOKSI yoo taate XABALA torbee 2 osoo adda hin kutin deemii abbaaa gaabbii qabadhuu.kitaaba kadhanaatis bitadhuu ganamaa galgala kadhu. Yoo BEENXEE taatemmoo raaajii masarat bira deemii kadhachiifadhu. Waan FAAYIDAA hin qabne hin dalagu jedhii of amansiisi SAMMUU keetirratti hojjedhu. Wanti gaarinuu lakkaawwame hin dhumuu maaf FAFA dalagda cubbuu kana akkamittan gara waan gaaritti deebisa jedhii itti yaadii gaaridhaan bakka buusi. Silkii kee keessaa (video) san balleessi SAMMUU kee keessaa moo *website* San dagadhu. Muuziqaas baayyee hin caqasin bakka san FAARUU CAQASI. Harra boruu hin baayyisinii ammuma hojiitti hiiki.wanti kun DHALALLEE si dhorkaa beeki. ennaa qulqulloofte abbaa manaa gaarii naa kenni jedhii rabbi kadhuu eerumi.WAAQAYYON KEESSAA SIYAA BAASU

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 20 дней назад +12

    Jawari fii Arfaree affaan oromon nuu fiddii

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 19 дней назад +4

    Takkooffaa rabbin kee sudaadhu yoo rabbin sudaate kun hundii siif laafata . Kan kaaniif hafe mana amantaa deemi achii turii nama amantu tokkoti himi ykn oggeeysa fayya bira deemi mariyadhu DR jechuu kiyya amantaa kee jabbeesi tanaaf rabbin zinaan haraami nuun je,e inni wan nuf tolu qofa halal nuf godhe alahamdulillahi yaa rabbi kiyya kan amantii bareedu tana naf kanite

  • @FalmaaSabaa
    @FalmaaSabaa 20 дней назад +9

    Yesus kiritoositi amanii jiraadhu hin fayyitaa

  • @FshHdj-j3j
    @FshHdj-j3j 9 дней назад

    Ba,aa kamuu yoo tee cubbuu kamuu yoo ta,ee fulaa waaqayyoo duratii Wal qitaa yesus kirsitoositi amaniin ni fayyitaa

  • @ሀናየጌታልጅ
    @ሀናየጌታልጅ 20 дней назад +5

    Furmaan jiru waqayyoo bira jira guyyaa saddif somii waqayyoon kadhadhuu
    Waqayyoo waraa cubbuu hojetaaniif kaan umurii isaan dheresuuf Akkaa qalbii jijirataaniif caaraa kenaaf
    Ofiin hin cepha'iin gara kee gutudhaan waqaayyoon Araraa kadhadhuu
    Attii dubartii cimitudhaa jabadhuu❤

  • @AnnoyedJackrabbit-hr1sd
    @AnnoyedJackrabbit-hr1sd 9 дней назад

    Waqayyoo hunda danda'adhaa atis Laphee guutuudhaan Amani fiilmii kana bilbila keessaa dhaqii faarfannaa guutadhu. Qofaa kee jiraachuu dhiisi nama walii jiraachuuf yaali sana booda ni dagattaa filmicha

  • @opsiopsaa
    @opsiopsaa 17 дней назад +2

    Waqayyoon kadhadhu kan keessaa nama basu waqayyoodha dadhabikee isati argisisi cubbamotafi dhuuffuu yesuus garaa biyya lafaa❤❤❤😂

  • @Hababayeeeeew
    @Hababayeeeeew 20 дней назад +4

    Ayi hadho ko rabi sif ha rafisu amanta keti cimi didima dhiran wal bari herumi si dhisa of qabu yali kadhana godhi soman😢

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 20 дней назад +2

    Garaa waldaa araraa deemii Waaqayyoo sirraa cabasaa Gooftaan yesus sirraa haa cabsuu

  • @ShamsiyaJabal
    @ShamsiyaJabal 19 дней назад +1

    Subahan Allah Rabbin siha qajelchu amnati kee jaabefadhu wanuma itti amnatu amnati seenuf baahu osso hin taane Rabbi keeti toobba deebi.i Rabbin siggaatu Rabbin sif halafisu nama daafe off yaadatu Rabbin sif halafisu

  • @SameerSamu-vg5ki
    @SameerSamu-vg5ki 20 дней назад +2

    Abshir sister rakkoon hin jiru atumti amantii keetti deebi'ii waaqa kee kadhadhu lubbuu kee balleessuuf hin yaalin Rabbiin namaaf dhiisa wollahi wollahi billaahii

  • @Dinagdee
    @Dinagdee 20 дней назад +2

    Waaqayyoo gooftani humanaa fi angoo isaan sirraati mo'ee hafuura Seexana sirraa yaa hifatuu amantaa keeti jabaadhu, Dhirraa Tokkoti heerumi yoo dhalaa goodhatee yaani kee hunduu ijolee kee irraa ta'aa yoo sani in dhistaa, Tv🤣🤣🤣

  • @burtukanbaqalaa3530
    @burtukanbaqalaa3530 19 дней назад

    Maqaa yesusinii ararii siif haabayaatuu haadhookoo baayee ulfaataa waaqayoon siihaa yaadatuu ariifaatee

  • @HanaHana-h6s
    @HanaHana-h6s 20 дней назад +2

    Abshri obboletii too hin darbaa wan kunis akkaa mataa ketii kadhaanaa godhuu manaa amatasii demii yeroo qabduu hundanuu pizii tayii yeroo isaa kana ilaltumoo yoo sii dadamee farfanaa dhagefadhuu jabadhuu kadhaanaa tasisi galagalafii ganamaa imoo boyii fulaa rabbii kee dhabadhuu
    Yoo gargasaa biraa barbade imoo bilbilaa kee baresii gargasa bayyee bareddaa siin himaa

  • @MekiyaKawo
    @MekiyaKawo 19 дней назад

    Obboleettii koo qalii yon Muslima tate qur'aana qaraahuu bayisii jabadhuu kessa nii bataa rabbii kadhuu❤❤❤❤❤

  • @Demayman
    @Demayman 20 дней назад +2

    Waqayyoo kadhadhuu saruu too wan isaf hin dandamnee hin jiruu

  • @HawwaahusenHusen
    @HawwaahusenHusen 19 дней назад

    Subanalhaa rabbii sirraa haa kaasuu amataa keetitii jabefaadhuu

  • @BalinaDawitTarfa
    @BalinaDawitTarfa 19 дней назад

    Gochi akkasii afuura hamaa irraati kana beeki😢 fallisaa 1 Waaqayyoon araara kadhadhu 2churchi christ arm ykn mana sagadaa Iyuu Cufaa dhaqi yokin Waldaa araara dhaqii Raajii Masaratiin kadhachiifadhu Waaqayyo sirraa kutaa💪hamma dandeenyu nus Waaqayyoon siif kadhannaa😢 jabaadhu obboleettiikoo🥰

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py 20 дней назад +1

    Jabadhuu tumaa obsiitii kesaa ba.ii akasumas qmantaa ketiin waqayoo kadhadhuu bilbilaraa fagadhutuu waqayoo ladhadhuu stomaafii sagadaan guyaa lamaa bo.iitii kadhadhuu waqayoon kesaa si basaa bilbumaakee ofiraa fagesii😢🙏🙏😢

  • @AlAl-eu2gg
    @AlAl-eu2gg 20 дней назад +1

    Rabbii obbsaa siif haa kenuu lubbuu koo jabadhaa rabbiin kee kadhuu Abshir

  • @Seenuu501
    @Seenuu501 20 дней назад +4

    Seenaa bayyee nama gaddisuudha dhugaa Bayyee dhageeffachun namati ulfaata garuu Yaada anii siif qabuu akka obboleeti keeti
    1ffa irraati Wantii hundumtuu Waaqayyoof Salphaadha Waaqayyoo cubbu jibbaa malee cubbama hin jibbuu Sagalee Waaqayyoo keessa Wa'ee dubartii ishee cubbamtu sanaa Wangeela #Yohannis 8 ;1:12 dubbifaadhu
    2 -Waldaa Araraa Rajii Masarat Birraa deemii kadhaachifaadhu Waaqayyoo seenaa kee nii jijjiraa Atii Obboleetti Jabduudha Waaqayyoo sii gargaraa haadho koo Mal iyyuu dhisii Gara Waaldaa araraa Otuu guyyaa har'aa boruu hin jedhiin deemii dhugaadha Waaqayyoo wantaa atii hin jaalannee kana sirraa addaa basaa jabaadhu jabduu koo ❤😢

  • @SaraShumi
    @SaraShumi 20 дней назад +3

    Waqayoo kanaa kesa sa basuu oboletii ko 😢waladaa dhaqii kadhachifadhuu waqayoo aba araratii gifatii ko oma mitii rabii sa yadatuu 😭😭😭😭

  • @Sara-i7c1c
    @Sara-i7c1c 20 дней назад +1

    😢waqqayyoofi hundaa in dandama tsabalaa demme in fayyitaa ayzoshe🤲🤲🤲

  • @SifanDaniel-s2q
    @SifanDaniel-s2q 20 дней назад +1

    😢😢😢😢kadhadhu lubbu sirraa citaa nuti hundi qulqullu miti ❤❤❤😢😢

  • @orosabontuarsii5162
    @orosabontuarsii5162 20 дней назад +3

    oboleeti ko gorsa gammen jedhe kanati fayyadami rabbin kadhadhu 😢😢

  • @gamachutasfaye4955
    @gamachutasfaye4955 20 дней назад +1

    Kan namaaf in danda'amne waaqayyoof danda'ama obboleettii koo, ofiikee manatti guyyaa hunda waaqayyoon kadhadhuu ti qalbii kee jijjiirradhu fuulaa fi jireenya kee gara waaqayyoon yaaduu tti deebifadhu, mana sagadaas deddeebi'iiti kadhachiifadhu, namni hunduu cubbamaa dhaa ti of in ceepha'iin Ammaa kaasee gara waaqayyoo tti yoo deebite waaqayyo si qulleessa!

  • @Bontu-w9z9h
    @Bontu-w9z9h 19 дней назад +1

    😢😢
    Obboleetti koo cimsii tsooman waaqayyon kadhaadhu isaa malee furmaata gara biraa hin qabdu isaaf salphaadha waaqayyo ati cubbamtudha inni jedhuu si fayyisaa gooftaa si haa gargaruu

  • @GalaniEthiopia
    @GalaniEthiopia 20 дней назад +3

    cherechi deemi maaloo kunii afuura haamadhaa😢😢😢😢😢😢

  • @CellCell-t2x
    @CellCell-t2x 17 дней назад +1

    Amashirii qashatii oromoo❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢

  • @HfTgy-fo9jx
    @HfTgy-fo9jx 19 дней назад

    Gooftaa yesusitii amanii onoleetii ko in faayitaa kunii hojii xexanatiii pills 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤

  • @BirhaneeTarikuu
    @BirhaneeTarikuu 20 дней назад +1

    Maqaa yesusiin siraa haa hidhamuu sarekoo hojii seexanitii kunii kadhadhuu kadhata kee waliraa hin kutuunii😢

  • @MohdM-z2g
    @MohdM-z2g 19 дней назад +1

    Basmaam itoophiyaa kesa wanti akaana ni jira 😢😢waqqaayyoo sif haa lafiisuuu obooleeti koo

  • @zerubbabelrundassa7916
    @zerubbabelrundassa7916 19 дней назад +2

    Nagaan Waaqayyoo sihiif haa ta'u obboleettii keenya. Akkuman seenaa kee kana dubbiseen Waaqayyoo ful duratti kadhannaa dhaan ture, waayee keetiif jechuudha. Dhukkubni kee kuni gadifageenyaan natti dhagahame. (I deeply feel your pain) Haata"uyyu malee, ammallee abddiin sihiif jira. Dhiphina kee kana hundumaa Waaqayyoo Jiraataan sih irraa ni kaasa. Boru gaayila eebbifamaa sihiif kennee sih gammachiisa. Dhiiga Isaa fanno irratti sihiif jedhee dhangalaaseen sih qulqulleessee galataaf sih dhaaba. Amma ka'ii waanan armaan gadii sihiif ergu kana raawadhu. Hojiin akasii kun kan diinna ilmaan nama yookiin seexana irraa dhaloota balleesuuf hojjachaa jiru wanta,'eef kan bilisa sih baasu Waaqayyoo Gooftaa qofa dha. Kanaafuu mana Waaqayyoo kan Inni dhugumaan keessatti hojatu deemitii sihiif kadhatamee bilisa baata. Fakkeenyaaf 1, waaldaa Raajii Israel Dansa Finfinnee yookiin Hawsaa deemtee gasthawosi ( guest house) bakka inni (Raajii Israel Dansa) tajaajilutti kadhachiifachuu qabda. Yaroo tokkooti namoota kumaatama waan tajaajiluuf akka salpaati argachuuf kan danda'amu beellama qabsiistee Guesthouse demuu sih barbaachisa. Kana hundumaa irraa sih qulqulleesse akka nama haaraatti sih dhaaba Gooftaan. Dhiphina kana hunda irraanfattee gammachuun jiraatta. Yammuu dhaqxu waan tokko illee icciitii kee namni sih gaafatu hinjiru. Ka'i amuma bilbila isaanii barbaadi gaafadhuutii deemi. Gooftaan sih jaallata. Jalala wajjin biyya New Zealand irraa. ❤❤❤

  • @DestaH-t3d
    @DestaH-t3d 19 дней назад

    Yeroo hundaa haalkan fi guyyaa sagalee waaqayyoo dhageeffadhu yeroo sitti sushi ta'ee waan rabbi dhageeffadhu

  • @SimonsDaibbai
    @SimonsDaibbai 19 дней назад

    Ani waanas siin jedhu tokkollee hin qabu garuu waaqayyoon si'a yaadatu 😭😭😭🙏🤲🤲

  • @زينبامانو
    @زينبامانو 20 дней назад +1

    ya oboletti ko hiriyan tiyya takas akkuma kekana mira kana kessa jirtti garu akkanumattu gaa'illa dhabbate daima tokko godhate abba mana ishi inuma jibbiti garu rakko isibira jiru wan taef fakesitte tuma jirrtti kanafu gaila dhabachuf dirqama miira kana kessa bahu qabadu Erga sif hindanda'amin

  • @SumeyaYusuf-vg2co
    @SumeyaYusuf-vg2co 17 дней назад

    Rabbiin sif Haa dhisu garu Silki ke dhisi toshile qabadhu Silki guddaa tashi jedhamu kana ira fagadhu Hanga wagga lama yokin wagga sadi Afuri ira fagadhu 😢😢😢😢😢😢

  • @KamilaaNasirSulerman
    @KamilaaNasirSulerman 19 дней назад +1

    Rabbin sitti ha xiressu ati erra of qabi hin ilalin filmi erumi 😢😢😢wly nu warri biyya ambaa jirruyyu hin ilallu warri biyya kessa mal tataani obolewwan qamni salakee dhibeef saxilama boda ilamo argachu hin dandessu of qabi yo musalima tatee qurana qarayi rabbin kadhu yo ammanta bira Tates waan itti amantuun rabbin kadhu😢😢😢😢hundaafuu rabbin sitti ha xiressu abshir😢

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 20 дней назад +1

    Filmiin waan akkasii argisisuu esaa jiraa raabii namaa olshuu😢😢

  • @darasi-km4by
    @darasi-km4by 14 дней назад

    Rabii ke kadhuu amataa qabadutii jabadhuu oboletii too Rabin naja nu ha basuu shu balnalaa😭😭😭😭😭❓❓❓❓❓❓

  • @seennaa-w5u
    @seennaa-w5u 20 дней назад +2

    Tv arararaa demii waqaayyoo Wani hunduu hin dadamaa oboltii ko💔😭😭

  • @user-of1uu8pb9fire
    @user-of1uu8pb9fire 20 дней назад +1

    Obboleeti koo nama ta, e kan cubu hin hojene hin jiruu
    Gabbi galii kadhanaf tsomi dhan jabadhu. Yoo kan itti amantu ta, e tsabala demi kun cubbu gudadha 😢😢😢

  • @AraarseeTasfaayee-n5s
    @AraarseeTasfaayee-n5s 20 дней назад +1

    Akka yadda koti furmani ati qabdu amanta keti cimi sirriti kadhana godhi rabbiif ni dandama

  • @masaratmana
    @masaratmana 19 дней назад +1

    Gara waqayyoiti bo'ii😢❤❤

  • @bontuunaggasaa
    @bontuunaggasaa 20 дней назад +4

    Waldaa araraa demii qalbii kee jijiradhuu

  • @unicelldoughman2657
    @unicelldoughman2657 20 дней назад +1

    Senaa bay'ee nama gadisisu waaqayyo kessa Si haa bassu somma galli kadhadhu mana ammanta demmi kadhachifadhu waldaa araara demmi namota bay'eetu fayya jira wan kanarra obbolleti koo

  • @faaxeelove8142
    @faaxeelove8142 20 дней назад +1

    Rabbiin sif alafisuu herumii ta'ii obsii mucaa godhuu

  • @بنقالوماثيوبيا
    @بنقالوماثيوبيا 19 дней назад

    Maqaa yesuusiin bilisa ba,ii atis keessa ba,uuf murteessi

  • @Rahma98-ib3cw
    @Rahma98-ib3cw 19 дней назад +3

    Jilbefadhuu.KarRabitiiDebihii.ManaaAmantaaDedebihii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @BoontuuyeeyisBayisa-lj8ow
    @BoontuuyeeyisBayisa-lj8ow 20 дней назад +1

    Saafuu Yaa waaqayoo 😢😢mana ,amataa feemii waaqayoon jaabadhuu kadhaadhuuu sin jedhaa 😢😢

  • @AlaSAS-y1b
    @AlaSAS-y1b 19 дней назад

    Dhisii kunii miraa siratii bslesaa oboletii koo yaa sii midhuu dibreshnimaa kesstii midhamii mee aksitii mokorii ely wanii siin jedhuu wolalee🥹🥹🥹

  • @saalihaaishaaq2424
    @saalihaaishaaq2424 19 дней назад

    Yaa oboleti koo nama jalate ofi hi midhu yoki hi balesi sifisi Rabbi nii gaha jedhe sira haa fudhu hama dadesini atisi era ofi qusadhu gara rabbi keti debihi kadhadhu rabbifi woti jabatu hi jiru 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 20 дней назад +3

    Oboleti tiyyaa duraa abba kee kanaa garagrii inni nu baalese jetee rakko kessaa hin dhiisin malifii bara kenna kana irraa calla isim abbotti kenna caraa akka ketii kana dhaala isinti gumachaa jiruu kiyya akksuma garu abba kiyya abban lama nama hin dhalatuu f.k yoo herumtee jarsi ke siraa du,ee yoo garagari baddin debite herumu dandessa ilmoo yoo sii iraa dutee debitee argachuu dandesaa garu hadhaf abba amo takka dhabdee argachuu hin jiruu mee rabbii jedhii issa gagari maltu bekka rakko kessa jirtuu kessaa rabbi sii bassu malla Amantaa kee jaabessii kadhadhuu abba keetti gagarii naa kaadhadhuu du,ayii tee naa babachissa abba koo jedhii inno dogogoree kaalesa ati hardhaa dogogoraa jirtaa nami hin dogogoree hin jiruu kanafuu issa irraa fixxadhuu bodda rabbii kettk debii 😢😢

  • @acheand6519
    @acheand6519 17 дней назад

    Afaan oromoon nuf fidi j&A plas

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf 20 дней назад +1

    Abbaa kee nama 3 ajjeesee malee kaa namnii hin benee meqaa lataa hangaa yomi polsi fi bilshaa dhigaa Oli addamaa oromoo dhudii😢😢😢😢 oboletti garuu wani akkana keessaa si jiradhuu badhuu nama jalaldhee marchuuu gahee boyyee iyyee garaa rabii ti batii lamaa keessaa namumaa kiyya debiyee imimani nuu biraa bishani male rabii birraa gati qabaa garaa rabii debiyii waddaa ofi galii wani kanna hin godhu jedhii garaa rabii ti boyyii lamaa bibilaa kee ququlee Sii edoo filmii sanii keessaa lalatuu diletii ofi irraa godhii amataa qabduu jabadhuu rabii akkaa keessaa si basuu abdii qabaa rabii hujii shexana tanna jala si haa bassuu😢😢

  • @SifuMideksa
    @SifuMideksa 19 дней назад

    Ayii senaa kee jalqabaa family kelee senaa gadisisadha 😢
    garuu halii amma atii kessaa jirtuu waantaa gaarri ykn jibisisaadhaa kun dubbaraa mitti dhirraaf wantaa midhagaa mitii haa tahuti waan fokkataa kanaa mo atiyuu ofiraat amma bartertaa isaamo akkamin dhisuu danda'a yo jetee jalqabaa of amansisii kessaa kee isaa bodaa waqaa kadhadhu amantaa amantuuti debi'ii
    raabin cubbu kee sirraa yaa dhiquu sif haa dhisuu Araaraa isaa sif haa busuu gochaa ke maraaf ati amumaa dhistuu tanan ganaa jirenyaa ke boruu ballessaa jirtaa borulee bultii garrii abbaa manaa godhatee jirachuu dandesuu aman dhisuu qabdaa 🙏

  • @Bareduuqarsa
    @Bareduuqarsa 19 дней назад

    😢😢😢😢😢😢waqayoo sii yaa gargaruu 😢😢😢😊

  • @IjolleeOromo5
    @IjolleeOromo5 19 дней назад +1

    Badii tahuu ega siigalee atumman furmaata barbaadi. telefona kee kessa haqi. intarneeti fayyadamu dhaabi. Soomi ykn ynaata xiqqessi. Sodaa rabbii qabaadhu.
    Bultii ijaari ijoollee dahi.
    Yeroo ilmaan hortu yaada fuuta.
    Ilmo dahi hosisi .
    Amantaa qabaadhu.
    Rabbi sii uume ofirratti sodaadhu.
    Ammaa amma gara rabbii bohii dhifama gaafadhu.
    yeroo irraa dhabatte yoo sidhukkubes irrumatti obsi malee itti hin deebi,in.Rabbin siif haalaafisu.

  • @sennaayadataa
    @sennaayadataa 20 дней назад +2

    saafuu yaa goftaa fonii kotii dabarsiitee naa laatii hadaraa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @samsom6201
    @samsom6201 20 дней назад +1

    Yaa waaqayyoo maaloo nuu oolchi gara waaqayyootti boo'i😭

  • @ArfasiArfasi
    @ArfasiArfasi 19 дней назад

    Dhunfatti.akka.argannu.alaa.nuf.mijeessi.waaqayyof.waanti.dadhabame.hin.jiru

  • @MessarritMessarrit
    @MessarritMessarrit 19 дней назад

    Waqayyoo araraa sifii yaa godhuu😢😢😢😢😢😢

  • @TamimaQasiim
    @TamimaQasiim 20 дней назад

    Subahanallah rabiin sihaa qajeelchu oboleettiko uuuwyi

  • @Saratagag4857
    @Saratagag4857 19 дней назад

    Saaglee waqaayyoo dubisii yerokee bizii godhii hiriyotaa kee fanaa hasyasii bizii ta ii wagalela dubisii uuuufiii manaa amamanataa demiii 😢😢waqaayyooni kadhadhuu

  • @boontuu559
    @boontuu559 19 дней назад +1

    Waaqayyoon kadhadhu Araara sifa godhu hadhoko 😢

  • @Hayat123Hayat12
    @Hayat123Hayat12 19 дней назад

    waqayyoo abbaan goftaa Kenya yesusii guyyaa si eggee lubuu kee hundaa irra si fayyiisaa lubuu kee irratii yaddaa du.aa hin yaddan cubbuun yoo bayyatee lee waqayyoo biratii salaphaa hadhoo koo jabadhuu homaa mitii obsii waqayyoo eggii

  • @DestaH-t3d
    @DestaH-t3d 19 дней назад

    Garaa waaqayyoo keeti bo'ii kuni hojii seexaanati keessaa kee rabbiti keen somii sagadii rabbifii kunii salphaadha garaa waaqati bo'ii😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @SimaleeBOKONAA
    @SimaleeBOKONAA 20 дней назад +2

    mana Amanta demii xoloti godhii 😥😥

  • @user-qy9tl3ed3o
    @user-qy9tl3ed3o 19 дней назад

    Rabbiini si ha qajellchu 😢😢😢😢😢

  • @DerartuAbera-n9g
    @DerartuAbera-n9g 17 дней назад

    Obbolletti waaqayyo guyyaa tokko hojii hama kanaa keessa si basa ati garaa kee qulquullu godhii waaqayyotti boy'ii kadhadhuu yoo amanta kee ortodoksii taate gadamii deemii tsabala xaaqamii soomii sagadii waaqayyo gooftaan afuura hama kanaa si irraa yaa ifatuu😢

  • @AlmiDirtiba
    @AlmiDirtiba 19 дней назад

    Gaxmanyaa memir Tafsa dhagefadhu Yutbube isaa iraa

  • @marthairana5
    @marthairana5 20 дней назад +1

    Waqayoof wanti dadhabame in jiruu undumtu in darba waqaa birati gorsin sii kenu dr nafyad chanala isara gorsa gudaa argadhe badin itii senuf egale ture ama ergan gorsa isa dhagefadhe wanuma akanayu in yaduu

  • @hhi4562
    @hhi4562 19 дней назад

    Subanaah Allah yaa Rabbii kiyaa

  • @Hayat123Hayat12
    @Hayat123Hayat12 19 дней назад

    soddaan waqayyoo keessa kee kahee yeeree si ilatuu waqayyoo yadadhuu

  • @siifantube1
    @siifantube1 19 дней назад

    Safuudha dubartiinis akkas hin gooti moo
    Waaqayyoo sitti haa araaramu churchii Araaraa deemi ni fayyita

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 19 дней назад

    Haqaa umma teetii

  • @dameabebe586
    @dameabebe586 19 дней назад

    gara waaqayyootti deebi'i 😢😢😢😢😢😢

  • @sufeyasufeya873
    @sufeyasufeya873 20 дней назад +1

    Waaqayy harkkaa kee qabee keessa sii haa basuu kun Afuraa 666 yeroo mirrii kun sittii dhaga'amuu akkaa amanttaa kettii kadhuu farfannaa dhagefadhuu😢😢😢

  • @MartaDebaba
    @MartaDebaba 20 дней назад +1

    Waqaayyoo siihaa yadaatuuu oboleettii koo😢

  • @qabsosusih4347
    @qabsosusih4347 20 дней назад +1

    Ayyyiii 😭😭😭😭😭

  • @gimbeman6047
    @gimbeman6047 19 дней назад

    Ufii kakachisii dhisuu dandeeta

  • @yonasulfina284
    @yonasulfina284 2 дня назад

    SEnk ako ojen olefekat (yanche tarek ken ga ye mesaselale ename edze ayent west naw yalwut gen en Bletedar en Ye leje Abat nage) Ayezoshe

  • @rashazeinab3360
    @rashazeinab3360 18 дней назад

    Waqayyoo kadhadhuu

  • @AyelechA
    @AyelechA 17 дней назад +1

    Akamii. Jitaa. Oboletii. Koo. Kunii. Hojii. Setanatii. Gatamanyii. Kajedhuu. Dhagefadhuu. Barisisaa. Tasifayee. Abaraa. Jedhitoo. Yutub. Iratii. Sachii. Godhii. Hidhisitaa. Eshii. Amarifaan. Sachii. Godhii. Bareduu. Koo

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 19 дней назад +4

    Obbollati teenya Xabalaa deemii.Gadam deemii Waaqayyoo Kadhadhuu Akkasumas Abboota. Amantati himadhuu Cubbuu kan keessa Gabbii galee Achii hin Fayyita Waaqayyoo Dubartii. Cubbatu san samarwiti Fayyise Gooftan keenya Iyyasuus kirstoos Atilee si dhiisa deemii gara Amantii ortodokai tawaadihoo qabadhu Xabalaa deemii cubbami😢

  • @Ranii-r1v
    @Ranii-r1v 20 дней назад +1

    Auzuubillah😢😢😢

  • @Milkiiu
    @Milkiiu 16 дней назад

    Ufii ajjeesii 😔😹🤭🤭🤭🤭🤭🥺🤣🤣🤣

  • @SenaMideksa
    @SenaMideksa 19 дней назад

    Heerumi😂😂😊

  • @tawaahidooamantaakoo
    @tawaahidooamantaakoo 20 дней назад

    Akka amantaa keetii kadhannaa godhadhu😢

  • @KamariyaaMuhammed
    @KamariyaaMuhammed 20 дней назад +1

    😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @SabitNajeb
    @SabitNajeb 19 дней назад

    Dubartin dhira dhiste waan safu hojeti kun gudidham oromo😮

  • @hdhjx2034
    @hdhjx2034 13 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MekdiGirma-ne7ek
    @MekdiGirma-ne7ek 20 дней назад +2

    😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sarraayesuusarraayesuu2081
    @sarraayesuusarraayesuu2081 19 дней назад +1

    😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔𝐲𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐢 𝐤𝐨𝐨

  • @kamelaHussain-ns9oe
    @kamelaHussain-ns9oe 19 дней назад

    Walhii senan dhageftanu kun dhugaa tauu isaa hin shakina wa meqatuucjiraa

  • @BiftuuTulu
    @BiftuuTulu 20 дней назад +1

    😢😢😢😢😢😢

  • @naae9014
    @naae9014 20 дней назад +2

    😢😢😢😢😢❤🎉🎉🎉

  • @QashatioroQashatioro
    @QashatioroQashatioro 19 дней назад

    Abshiri oboleti ko 😭😭

  • @UdXg-tb9cd
    @UdXg-tb9cd 20 дней назад

    Welcome ❤❤