Tasuma qalbiin si hin cabiin ganamaaf galgala nescoffe 3in1 kan araboonni fayyadaman loomi arabiffaan haamot jedhan waliitti dabalii dhugi. sport shamarrani youtube irra ilaaluun manatti shaakali yoo qannasuullr baatte ferdinando bareeda ni qabaatta. nama waaqayo kan keeti jedhes hin dhabduu abdii hin kutatiin❤
Abshir hadho ko wanan faya ta'udha biya ke yo galte isporti yo hojete sira bada❤😍
Dhuga keti obboleti kenya gorosake nu qodee Galatomi 😢 rabbin jarasa gari sif haa kenu ❤❤❤
Ajaa.iba😢 ani fiirdina baarbaden dhabe ati wolin raakata abshiruma obboleti Kenya ❤🎉
kun hojii waaqatti karaa kee nuu barsiisuf raawwate ati ammayyuu yeroo qabda ati ganna ijoolleedha Abshir baguma dogogoraa kee irraa deebite❤❤❤❤
Amaa biyaa arbaa jirtutii malee gafaa biyaa galtee nii qanasataa wly biyyaa galii ❤
Biyyaa keenyaattii galtee osoo teessee furdinichii yeroo gababa keessaa sii dhiisee deemaa waaqayyoo fayyaa siif haa kennuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Baareeduumnii fulaa faayiidaa hin qabuu😢😢
Omaa mitti oboleti koo sirradhaa asit dhiphinaa fi arii dhisaa jedhuu essati hafaa arini yemmu biyyaa ormaa jiraanit Kan jiruutu bekaa ulfatinaaf hin dhiphatini dhugaa nii badaa yeroof malee aniis qabaa waqqayoo fayyaa siif kenuu biyyaa Abba keti galuu moo hin jibbini jechaa namaf idoo hin latini ishii jirenyaa ketif Kan jiratu sii qofaa malee namni siif hin jiratuu nama biyyaa kenyaa moo bektaa osoo hin baqaqiin baqaqee jedhuu
Asosama jalalaa nuu dhiiyessu maa dhuftee game😢
Dhugaa Seenaan Kee Naa Kofachisaa ❤❤❤❤❤❤Garuu Atti Waanti Beeku Qabdu Fuurdin Kun Waan Biya Nama Keessaa Jirtufi Maalee Osoo Biyati Galte Nii Bada Cinqira offii Fagechii Ani Akka Kee Ta'en Beeka Haati Koo Maaloo Wan Bira Mitti Akka Dhiira Kumtala Batu Murma Baste Naani Jechaa Turte Garuu Waggaa Tokon Booda Lilmon Fakkadhe Hin dogongorin Biya jaali
Kkkkk 😂 adunyaan tuni akkaa namni yaduu mitii dhugaa rabbii ani qaldhadhee dawaa nama furdisuu barbadaa akuma nama nyaataa baredaa ni nyadhaa akkaa daaimaani asiraa ijjooollee arabaa ni dhugaa kiloon kiyaa 50 shantamaa birraa darbuu didee dadhaabee 😂 wolahii mana ajabibaa biyyaa galii hojii hojadhuu sochii qamaa godhii ni qaldhataa
Abashiri kunii hin darbaa ispoorti hojeedhu hin badaa hin dhipaatin baay,ee caradhaaa kuni lubbuu❤❤❤❤
Jabaadhu hadhoko sitti hin dhagahamin fayya qabaachunu waan guddadha❤❤
Namiin baraa kana namafii hin rafuu waan tayee fuu amataa ketiin kaadhaan godhadhuu namin yoo wayii siit godhee jiratee ree hin bartaa yaa obboletii too jabadhuu rabii sii waliin yaa ta'uu🤲
Dhugaa kun homaa mitii garuu bagaa fayyaa kee tatee malee abshii waaqayyoo afuraa abdii kutaana kana sirraa haa kasuu
Rabbii idilii nama hinhaqisuu oboletii ❤❤❤❤❤
Biyyaa galii bilshatuu fundin nama irraa dhumaa worrtaa qaqadhoo ashagulti dinchaa keessaa fakkatuu fi torbetii fudinaa kee kiloo 5 oli nama rabsittafi fi biyyaa keessaa jiradhuu❤
Biyyaa galii manaa isportii senni sirra dhumaa abshiri😢❤❤
As wr wb wt akkami fayadha Kara fesbukatin ad naf mee oboleti koo musxafa Asabe ja'amati
Jabadhu oboleti too homaa.miti jabadhu ati nama.jabudhudha ❤❤❤❤❤❤❤
Waan Rabbiin siif Qodee hin dhabduu ❤
anii 4ffaa ilaalee araa wowow welcome GAMEE❤
Isaporat hojadhuu bareduu ko rako hin qabuu❤❤❤❤❤
Well come Gammee
Yaa allaah ani furdachuu dadhabe😢😢
Wyi ani eefan biyya rahaa bahee bayeen qaladhee akkamiti furdadha jeen yada jiraa bar😢
Abshir my sister Amati keti jabadhu kadhau 😢😢❤❤❤❤🎉🎉
Jabaadhu jabaa koo
abshir rabbi dhiifama siif haa godhuu
Karaa Kessa na dubbisi jedhin adara ❤🎉🙏
Natu duraa lalee❤❤❤❤❤❤❤
Jalqaba ini guddan naga fayya keti lamafa immo ispot qama hojedhuu mana kesa demaa wa'ee qama kee oso yaduu jiruu kee ofi dubaa hin balesii waqayyo goofta sii haa gargaruu bareduu koo
Oboletiko.lomiif.zanjabilaaa daanfisi dhugii yero hunda nyata ammo kasif kiyara lomi itti naqi nyadhuu .hin qannastati zayiti egadhu😢😢ashir😢
Nyaata bargar ruzi Alkan hin yaatin
Kan bira vitamin c lomif zinjibila fayyadami
Nyaatuma irran.si mudata
Ana 2farti lalle
yaa waaqayyoo ani furdaachuuf jechaan dhiphaadha obboletti koo abshir homaa miti
Isportii Hojeedhu dabalataan nyaata Filaadhu nyaadhu Nyaata Dayiti kanaf abdii hin kutii Waaqayyoo sii gargaraa❤
Biyyaa Galii ni Qalataa qilleensi biyyaa kenyatuu namaa Qalisaa qamnii kee dhadhabinaa hin Qabuu matii kee biratii homaa hojachaa hin turee micayyaa biyyaa kenyaa takkaa waggaa lamaa fixee Gafaa dhuftuu ,dundii ishee Garaa fakkataa uftaa kessaan ba'ee mulataa boqonnaaf galtee wan ta'eef debitee demtee walii Galaa Waggaa sagal hojjatee ufdinaa ishee batee. Sanaa bodaa Galatee uumtee deesse bay'ee Qalatee ergaa waggaa lamaa fixee bodaa hamaas debitee dhuftee jirtii ji'aa 3 keess jirtii furdachaa jirtii qalinaa yoo fi tee biyaa Galii namaa bay'een Argee kan Galee Qalatee
Itu biyya galte sira dhume furdina deebite hawita
Mana yaala demii Moora qalani sifaa basanu ji,a 2 keesa sirra dhuma Rabbin si gargaraan
Kkkķkkkkkk
Tasuma qalbiin si hin cabiin ganamaaf galgala nescoffe 3in1 kan araboonni fayyadaman loomi arabiffaan haamot jedhan waliitti dabalii dhugi. sport shamarrani youtube irra ilaaluun manatti shaakali yoo qannasuullr baatte ferdinando bareeda ni qabaatta. nama waaqayo kan keeti jedhes hin dhabduu abdii hin kutatiin❤
Obboletti tenna ati dhugama jabdudha, maatin keetis Akkasuma ati gonkuma mudaa ykn rakko tokkolle hin qabdu rakkon kee furdinan alaa ammaf male furdina wantota mi'ayurra yoo fagatte daymaan ala ni hirdhatta 👉tari kan amma furdinan si arrabsu gabbun isaa inuma hin olle ati bareddu waan tate dhala sirra godhachuf ilmaan babbaredo horuf jirtaa kan ati cininnatte akka killetti eggachu qabdu durbumma ykn kabaja keeti, intala akka ketiti maati dhagette hamma bulti ijaradhutti jette cichitutu dhabamun ga'elli diggamufi daaraa hin argaan male mana kessatti wal gugguba jiratu manni haa lakka'u, tari jechi koo sif dhuga ta'u dhisutu mala, kan si dura bulti ijiratanifis daqiqa miti sakandifuu of kessa oftee yaadan of hin dhamasin, 👉sooraata qocaa kaaye allattin hin fuutuu jedha oromon duri yoggu mammaku, hireen tee tan dhufuf jirtuf jette ofin rakkin ykn ofin dhamasin umaa kettu beka waan hawwite uuuffoooyi jechu malte gaaf tokko, namni maqa namarra kaayas aree dogongoras galtu maatii keetirra adda hin fagessini qe'ee maatii............
Ani akamitin furdadha jedhen rakadha ati furdate rakate ayi hojii raabii bifti silas kena dha abshir worii bifa qabdan moo of ega😢😂
Wlh dhugaa dubachuffi furdina qabachu ketitti tasuma hin gadini fayya qoffa qabachu kettitti gamaddi furdin biyya araba homacha gaffa biyya galtte sirra dhuma anu ijollee hedduni arge gaffa araba galani bayye tokko furadatani gaffa ja,a 3 fixxani bakkuma duratti Debi,ani kuni wani ijaa kottini arge dhugaa dubachufi kuni wani nama ciqqu mitti ❤❤❤❤❤❤❤
Anu biyya arabatti bayye furadadhaa biyyatti mukaa silkin fakkadhaa dhugaa waqayyo 😂😂😊
Biyyatii galii isportii hojadhuu nyanii biyyaa ormaa zayyitaaf comaa bayyataa furdinaa hin hirstuu
Habiibtii isportii godhii Abshiir
Bareedumni fulaa fayida qabu wanani amala qabachudha😂😉
Kotuu wan sira hirisuu sitin hima baye salphadha
Ayyiiiiii 😢😢😢
Welcome 🎉🎉🎉
Haadhoo koo amshir kun wanum namaa mudatudhaa yeroo tokko tokkoo mudaa qabduu furdinaa malee biyyaa ormatis hin dhadhabiin ijaa namaaf jechaa namaaf jechaa kun salphadhaa biyyaa kettii galitoo waqaas kadhuu iddoo sport demii galagalla ganamaa hojedhuu sport ni debittaa qamaa ke duratii dhugadhaa furdinii namaa dulomsaa umurii malee obsaa qabadhuu atumtii rabiif wantii kamuu salphadhaa ruhii tiyyaa ofii jibbin
Uuuuuufi wlh akumaa kiyya tatee anilee furdinaa kanafii bayee ciqamee bayee ufii jeberaa Ani gafaa biyya bayuu kiloo 49 turee Amma garuu wogaa 4 kesatii kiloo 93 te ee bayee naa ciqeraa 😢😢😢😢😢
Homaa ciqamiin annii yeroo duraa arbaa dhufuu 50 turee gafaan galuu99 turee ji'aa lamaa yoo gutuu 55 gadii debi'ee
❤❤❤❤
Anu-siinfuudha-nadubbisi
Abshir oboletiko ispoortii godhisiriti😢
Duran dures almdulaha jedhi. Oboleti KO garu dr demi ilalami. Kinini sif kenuu ayii ati kanaf hindhipatin
Anii ilma oromoti dhamsi ko obboleti tiya kessan na dubisi
Dhugaa gali Biyyatti Sporti hojedhu nu nurra dhume ati itti rakkatte Homa miti wanan fayyadha
😢😢ayii
Gara biyyaa gali isporti hojjadhu jireenyummaan biyya keenyaatuu si huqqisa
JIRAADHUU❤❤❤❤🎁🎁
Kun na furdis jedhen bo'a kun qalachu barbada 😅 obboleti atimo isport Hojjedhuu galgal torbe kesa Sia 1nyadhu bisham hoa dhugi 😊
Mal qaba ani oso dabale 😢ani immo qaladhe duhufi kahaa 🙄😁😁
Saafuu Yaa rabii 🥲🥹
Biyya keetitti galtee yoo Sportii daleeyde sirraa deemuu danda'a amma keessatti Rakkoo biyya ambaa si teeysistu waan hin qabneef biyya keetitti galii siin jachuu barbaada
Wel come 🫴 game
Kessani naa dubisii Anattuu si fudhaa jedhanii itti naa himaa
😢
Biyyaatti osoo galtee ni hir'ataa gali biyyaa abbaa keeti
Biyaa yoo galtee nii qanstaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wly anii k 37 jira ama biya arabàa kesaa dalgaata jira umrin ko ama waga 17 kesaa jira 😂😂😂😂
Hin sobin 17 esaa jiraa😊😅
@MisJeto wly bilh anii aks sister
Amma gallii😂 osoo biyyati hin finfinnee sportii hujadhu😂 hormone Kees laalachisi
❤❤❤❤❤❤.affashirii.🎉🎉🎉🎉
Dhuga keti obboleti kenya gorosake nu qodee Galatomi 😢 rabbin jarasa gari sif haa kenu ❤❤❤
❤❤❤
😢
❤❤