Osoo jiruu addaa baane dua’ii nuuf godha akka deebine waal arkinuu gageesse ibsuu karaa canada 🇨🇦

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024
  • #ibsuobse #ibsuobseprank #oromofilm #oromofilm

Комментарии • 876

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Год назад +24

    Yaa allah 😢😢
    Obsee tiyyaa rabbii obsa siif haa kennu akkuma maqaa keetii; ani jaarsumaaf jaartii addaan fagaatan na gaddisiisaa yaa rabbii j kiyyaan addaan nu hin gafeessin kan wal jaalaatu hundaa; wallahii alhamdulilaah maraafuu homaa mitii yoo rabbii jedhe dadafatti rabbii waliin isiin haa gayuu; waanaan wal amanuufi jaalaala dhugaa waliif qabaanan wanti hin dabarre hin jiru :ibsaa obseen Amaanaadha daqiiqaa takkaaf onnee tee kessa...😅😅 caarraa gaariii🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Sabontutubee7007
    @Sabontutubee7007 Год назад +3

    Rabbii nagayni walitti isnn debsuu Gamachuu iratii ibsuu obsee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Год назад +1

    Wowowowowow baga carraa gaarii siif laate ibsu!!!!
    Obse obsi waaqayyoo nagaadhan abbaa mana kee bira si haa fiduu lubbuu ofii!!!!🙏🙏🙏❤❤🥰🥰🤲🤲
    Ilmoo guyyaa waaqayyoo jedhe argatan obsa waaqayyoo yeroo qaba sanyii ofii❤❤❤🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏

  • @vibesandnights
    @vibesandnights Год назад +1

    MashaAllah Ibsa baga Rabbi si gammachiise jecha Obse akkuma maqaa keeti Rabbi obsa sif haa kennu Rabbin yeroo gabaabdu walitti isin haa fiidu.

  • @FaaxumaaKadiir-p4t
    @FaaxumaaKadiir-p4t Год назад +2

    Bagaa gamdeeni obselee dadafee Raabinii jireya kesanii bagaa takaa haa goodhuu Rabinii❤❤❤❤❤

  • @rahmaakadir7366
    @rahmaakadir7366 Год назад +1

    Mashaa allhaa mashaa allhaa obse and ibsuu heduu isin jaaladha wallahii heduu isinf gammade abshir obsiye amma birra demta🥰🥰🥰

  • @Haniibatee7027
    @Haniibatee7027 Год назад +2

    Mashaa Allaah tabarakallaah bagaa Gamdaan yaada fi murada kessan isiniif haa guutu inshaa Allaah ❤️🙏👌❤️❤️❤️🎉🎉❤️❤️❤️🥰🥰

  • @samiraasheko8455
    @samiraasheko8455 Год назад +30

    Rabbi adani isni basini Abshiriii karaa fagenyi jalala hin danagesu 😢matii Jalalla Ibsa &obsee❤ walfii ❤

    • @NeePhone-re5oe
      @NeePhone-re5oe Год назад +1

      Mashallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @AlfiyaaMahamad-u3k
      @AlfiyaaMahamad-u3k Год назад

      Mashalaa rabbiin adaan isin hin baasini qaalidhaan

  • @mirhossin2693
    @mirhossin2693 Год назад +2

    Du'ayyin tiyyaa niqebalamtti issin laman jabadhaa Amiin Amiiiiiin Amiiiiiiiiin jedhaa insha Allah rabbin khiyyaa ilmoo issinnif hakenuu

  • @najaatamiin781
    @najaatamiin781 Год назад +9

    Masha Allah Rabbin ilma gagari isin ha kenu insha Allah 👪 duaii isin godha ifi birati

  • @anuabdulaziz3885
    @anuabdulaziz3885 Год назад +1

    Maashaa Allah rabbi ngyn walbiraan isin haagayu inshaa allah walliti isin hadebissu

  • @MunaReisAdem-cm6bt
    @MunaReisAdem-cm6bt Год назад +1

    Wallahi anis wama isin mudatetu abbamanaa kiyya waliin namudatera uuuu adda hinbahina baayye jabaata adda bahani jiraachun yaa allah

  • @najibjabal5187
    @najibjabal5187 Год назад +1

    Mashallaha bagaa rabbii nagaadha achiin si gahee ❤garuu akkamiti deemuun Dada,ama

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 Год назад +1

    Wl wr wb maashaallaah baga Gammadee ibsuu misikina rabbiin biyyaa nagaya siif haa Godhuu rabbiin yeroo Gabaduu keessati bakka tokko isini haa fiduu obsee yeroo Gabaduu keessati siilee rabbiin sii haa fiduu caalaa canada

  • @samiraatarikuu2722
    @samiraatarikuu2722 Год назад +1

    Abshri Lubuu To❤❤❤ Rabbin Woliti Isin Ha Debisuu Gifti To❤❤

  • @ummuhuzeyfaa8845
    @ummuhuzeyfaa8845 Год назад +1

    Abshiiraaa ilmoon nii dhuftii rabbin fayyaa isinii haa kennu kanaaf hin yadinaa guyyaa rabbin isiniif katabee hin gahinii Abshira mashaaa Allaah ibsaa baga rabbiin sii gamachisee gamachuun tee taa obseetii kanaaf rabbin nagahan walittii isiin haa debiisuu

  • @badriaabdullah1044
    @badriaabdullah1044 Год назад +2

    Mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah tabarakallah tabarakallah tabarakallah yennee wuddii obsichaa to amshirii ❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Год назад

    Masha allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa dessii namà jedhaa garuu rabbiin dadiifn waalii biraan hin haa gayyuu ishaa allaa

  • @sartuahamad734
    @sartuahamad734 Год назад +2

    Mashaa Allaha💖💖💖congratulations 🎊❤️❤️inshaa allah ♥️💕💓😊ibsuu%obsee rabbiin ilmiifii ilmoon isiin haa badhssuu akaasumaa isiinilee rabbiin diinniifii duniiyyaan isiin haa miilkkeessuu inshaa Allaha🤲🤲🥰🥰🥰♥️♥️♥️🥰🥰🥰❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹💘💘💘💘😪😪😪rabbiin ngaan waliitt isn haa deebiisuu😍😍😍🌹🌹🌹

  • @fatiyalev6346
    @fatiyalev6346 Год назад +1

    Abshiirii Rabin yeroo gababduu kesatii walitii isin haa fidù inshaa Allah

  • @MaryamMaryam-wd7ep
    @MaryamMaryam-wd7ep Год назад

    Aibsuf.obsse.harargeefiiborana.ijoole.sanyii.lenca.isin.jaaladha.wArona.mIda.kanara.hordofu.umuu.afanatic.ibsuf.obse.koo.nafter.jiradhee.❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashaalaa

  • @dimple-cm5hi
    @dimple-cm5hi Год назад +2

    Waqayoo lakkuu lakkuu isinifii haa kenuu obolotakoo ❤❤❤❤❤❤

  • @faizaabdusalm6130
    @faizaabdusalm6130 Год назад

    Rabbiin yaadafi muraada kessan isiniif haa guutu jabaadhu obse waliin jirra inshallah atis amumatti jala sin hanbisini isa biran siha gehu

  • @LenaNasri-e1w
    @LenaNasri-e1w Год назад

    Maashaallah rabiin yadaaf muradaa kesaan isiinif hagutee nagaan wolitii isiin hadebisuu🙏🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @amanaaQuruu6491
    @amanaaQuruu6491 Год назад +1

    Osnaa waniin daduu tatee waliiraa hiin habiisuu wly i&o❤❤Matii jalalaa akknn anii iitii jaldhuu mo jolee tanaa mee duwaii godhfii Rabbiin yeroo gababdutii waliit hadebsuu inshaa alhaa🎉❤❤

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +2

    Rabini sii haa kenu ishaallaa amashirii rabini jiraa abadi hin kutatini ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sabotuusabbaa6763
    @sabotuusabbaa6763 Год назад

    Mashaallaah Allaa mashaallaahAllaa mashaallaah tabarakkalha 🥰🥰🥰🥰🥰jabadhaa rabbii waani issinii Yadani issinii haa gutuu inshallaa

  • @mardeyajamal6929
    @mardeyajamal6929 Год назад

    Mashaallah Mashaallah Mashaallah rabbin isiin ha lafisu
    Rabbin ilmoo keyrii qabduu isiin ha wofaquu inshaallah abshiiru

  • @HassanUmmer-o9w
    @HassanUmmer-o9w Месяц назад

    isin amma ganaadha hin gaddinaa ilmoof jettanii rabbiin isinii kennaa insha Allaah😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sumayaaarsii3605
    @sumayaaarsii3605 Год назад +3

    Rabbii addanii isii hin basinaa Abshiir 😢😢😢😢😢😢😢obsee gamadii jabadhuu hayatii Abshiir ❤

  • @ifnaanjibril4440
    @ifnaanjibril4440 Год назад +2

    Baga gamadanii🎉❤Ibsu&bse❤🎉❤ Obse bareddu tiyya rabbin yeroo dhihotti wolitti isin haa fiduu😢☝😢❤

  • @tsehytsehy4824
    @tsehytsehy4824 Год назад

    Waaqayyoon Siya milkeessu bro keenya rabbiin nagaan waliin sin ha gahu jajjabaadhu 💕

  • @hayattemam3571
    @hayattemam3571 Год назад +1

    Mashaa alhaa homaa mitii yeroo dhiyoo keessatii obse sii biraa Haa fiduu Rabbiin in danda,dhaa inshaa alhaa walhii akkaa wan of ta,ee tokkotii obsuu dadhabee amshir obse & ibsu inshaa alhaa ngy wal argitan 😢homaa mitii jirenyii haa hojatuu gar gar namaa facastii keyrimaf wan hunduu obsudhaa !!!!!

  • @YuunusUmar-qp8bl
    @YuunusUmar-qp8bl Год назад

    Amma argee hayii maatii jalalaa
    Ibsu obse karaa nagaa deemi ibsuu
    Obsee atis jabaadhu kaa

  • @BaharAbbas-ut8mk
    @BaharAbbas-ut8mk Год назад

    Maasha Allaha "congratulations" baga RABBIN iddo garaa keetiitin si gahe ibsuu obse RABBIN OBSA Siif haa kennu

  • @samera8005
    @samera8005 Год назад

    Rabbiin nagayaan walitii isiin haa debisuu isalaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😗😗😗😗😗😗😗😗😗😗😍😍😍😍😍

  • @MardeyaM-z9n
    @MardeyaM-z9n Год назад

    Waye wly bayee natii dhagamee afshira rabii yaadaa keessana iisiinifii haguutuu❤❤❤😢😢😢

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
    @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 Год назад +4

    Wa alykum aslam wrwb habibati ana Rabbin ilman saliha Lakku isnif ha kennu .Rabbin addan isiin hin basiin Wan ofiiiiwwan ko .jalalli jirannan karaan wil irra nama fagessu jabadha. اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ

  • @sumayyasumayya773
    @sumayyasumayya773 Год назад

    Wollaahi wabillaahi imimmaantuu na qabe miskiina tiyya rabbiin Addaan isin hin baasin

  • @faxumakediro8447
    @faxumakediro8447 Год назад

    Congratulations baga gammadan rabbi nagan wali issin haa argisisu amshir obse end ibsu 🥰

  • @aliisiraaj2647
    @aliisiraaj2647 Год назад

    maashallah maashallah maashallah maashallah maashallah maashallah maashallah rabbiin yeroo dhihoo keesatti wali sinaa fidu

  • @biftuuabdala5197
    @biftuuabdala5197 Год назад

    Abshirr Wallajalla hin haftan insha Allah Rabiin yeero Qababdu kesati walliitii isin hafidi ibsu fi obse walinii jalana Obse tiiya Abshirr

  • @aliisiraaj2647
    @aliisiraaj2647 Год назад +1

    ibsaa amaanaa mucaa tana akka hin daganne amaanaa rabbii sirra haa jiraatu tun dhaamsa obbo lummaatii

  • @NurowBoru
    @NurowBoru Год назад

    Wallahi Baye issan hordofa bayen issan jalladha rabbiif jechan isan jalladha nagaya naff ta,a

  • @medinaausumanii5722
    @medinaausumanii5722 Год назад

    Raabbi ngy sii haa gesuu obsee obasaa sifii haa kenuu❤❤❤❤

  • @waankoo1877
    @waankoo1877 Год назад

    Maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤ obaasee jaabaduu jaabaadhuu akaa garaa sigodhew hitiiok

  • @alefiyaguta6884
    @alefiyaguta6884 Год назад

    Maashaallaa.maashaalla maashaallaa.maashaallaa.maashaallaa tabara.kalaa rabini itini sii haa gaayuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @QaQa-pr9yh
    @QaQa-pr9yh Год назад +3

    Abshiir rabbiin naghan walitti isin haa deebisu 😘😘😘💔💔

  • @oromootiyya9142
    @oromootiyya9142 Год назад

    Uuuff rabbiin nagaayan woliitti sin haa deebisu yeroo dhihootti uuuff obse koo❤❤❤

  • @ZaharZAHAR-rd7xy
    @ZaharZAHAR-rd7xy Год назад

    Rabbii nagahan woliti isiin haa debisuu inshaa Allah jabadhaa waa hundaa rabbii isiin haa lafisuu inshaa Allah Amshiir ilmoonile guyyaa rabbii fedhee dhuftii isiinu gana ijoollee

  • @xayibaxayiba1216
    @xayibaxayiba1216 Год назад +1

    Mashaalh bagaa gamadee ishaalh Rabbii ilmoo isin haa keenu ishaalh amshir yero egaa oboleesa kiyyaa woggaa 4 ilmoo argatee amshir

  • @nabaaoro2434
    @nabaaoro2434 Год назад

    Amshiruuu jirenyiii adunyaaa fitnadhaa inshaa allhaa Rabiin isiin haa wafaquuu walhii rabiin waal isiin haa sgarsisuu smaas debisee Amaas ilmoon kenaa rabitii walhii Inii gidiin qabuueisiniif kenaa ❤❤❤

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 Год назад

    Wallayii dhugaa keessanii garuu waliif obsa dabarsaa waan kana rabbiin obsa isiniif haa kennuu ❤ obse fi ibsu guyya tokko wal arkitanii wajiin taphatan fuulduratti achii arkina ❤ carraa gaarii ibsu kiyyaa , namni akka obse hin jiru Wallayii dubartii jabaadha

  • @madinatube9950
    @madinatube9950 Год назад

    Maashaallah rabbii woliti isi haa deebisu ilmo tanisi isii haa keenu isi haa gammachisu ilmo rabbii keena isi haa keenu inshaallah😭😭

  • @AyyanQuung
    @AyyanQuung Год назад

    Rabii guyaa nageyaa walitii isan haaa debisuuu inshalah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kuledadawud9835
    @kuledadawud9835 Год назад +5

    Rabbiin nagani waaltii isiini haadeebisu ishallhaa abshiri obse ❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @zubeydaazubeydaa457
    @zubeydaazubeydaa457 Год назад +2

    Isiin addaan fagatuu hin gadee caraa argachuu ketif isinf gamade ❤
    Rabbiin nagan walitii fidee Isiin haa garsisu ❤❤❤😢🎉🎉🎉

  • @Abdiiqaasim-i7f
    @Abdiiqaasim-i7f Год назад

    Inshaallah rabbiin yaada muraada keessan isinii Haa guutu

  • @salihahamza9761
    @salihahamza9761 Год назад

    Wollahi sin laaleen boohe rabbiin gammachuun yeroo dhiyootti wolitti isin hanaannessu😢😢😢

  • @leysamtube4146
    @leysamtube4146 Год назад

    Aboo Rabbiin isin ha razaqu ilmo garii inshallah yaroo gababdutii walitii isin ha debisuu

  • @mohammedgenadefo
    @mohammedgenadefo Год назад

    Wollahi jaalalti teessan tuni na hinaafsiste rabbiin wolitti isin haa deebisuu

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
    @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 Год назад +4

    ماشا الله الله اكبر
    الحمد الله علي نعمة إسلام 🙏
    اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ

  • @soorettiabadura7079
    @soorettiabadura7079 Год назад

    Maasha allah baga gammaddan rabbi nagaan walitti isin ha deebisu

  • @mameyahya4508
    @mameyahya4508 Год назад

    Ibsuuu fi obsee wly rabbiin addaan isin baasin

  • @shewayteklewold2616
    @shewayteklewold2616 Год назад

    Waaqayyoo nagadhan waaliti siin yaa dabasuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @zytona994
    @zytona994 Год назад +1

    Rabii obsaa sifii ha kenuu obsee to isni lamnii yuu obsaa kenee nagnii woltii isni ha debisuu😢😢😢😢😢😢

  • @gazuu1Aly
    @gazuu1Aly Год назад

    Baga gammadde ibsu masha Allah
    Obse abshir homaa miti ❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @ANANIsalale
    @ANANIsalale 9 месяцев назад

    wayyyyy ibsu&obse yeroo dheeradhaf you tube ilaalu dhiisen ture mashallah amma boode sinin ilala baayeen isiin jaaladha ijoolle oromo qaalii❤❤❤❤❤❤❤

  • @simbodame9585
    @simbodame9585 Год назад

    Waaqayyoo ilmoo dachaa isinniin haa kennuu obboollotaa koo ❤🙏🏻🙏🏻☝️🥰

  • @alfiyaatube7793
    @alfiyaatube7793 Год назад

    Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa ❤❤❤❤❤❤❤ obse &ibso rabi obsa isini haa kenu inshalaa j jartini adafagatu silaa😢😢😢

  • @hayatmhmod6707
    @hayatmhmod6707 Год назад

    Alhamdulillah masha allah Abshir walitti isa haa debisuu❤baga gammadee ibsaa obsee too abshir

  • @dineahmeddinuka7984
    @dineahmeddinuka7984 Год назад

    Mashaa allaah an qamaan isiin hin beeku garuu akkaan nama qamaan bekutiin isiin jalaadha.ngyn dhaqi bakkaa itti demtuus Wly hedduu namatti toltaan rabbiin woliif isiin haa dhiisu

  • @sifaanorotube9416
    @sifaanorotube9416 Год назад +1

    Rabiin limo isnfii yaa kenuu obise ibisu❤❤❤😢😢😢🎉🎉

  • @sadaiislamm9941
    @sadaiislamm9941 Год назад

    Abshira insha'Allah raabbiin sile nagahan si gesee hadha mana ketilee siti hafidu

  • @fathimamuhammed7867
    @fathimamuhammed7867 Год назад

    Rabbin sif mijesee yeroo dhiyootu ibosee❤sibira haa fiduu ensha allah👍👍

  • @jamilanazimu8881
    @jamilanazimu8881 Год назад

    Mashaallah mashaallah rabbin waldukaa sin hambisiniii😪😪😪🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽

  • @ayyuorotube3956
    @ayyuorotube3956 Год назад

    😢❤waqani nagahani wolitti isnii haa deebisuu ijoolee jalalaa

  • @arabeyourtube4919
    @arabeyourtube4919 Год назад

    Inshalla rabii nagayanii wollii isin haa Garsisuu ibsuu obsee ❤️❤️🌹❤️😘😭😭😭🤲🤲🤲 Ufuu wolahii naa bochisagattani

  • @kadijaa9088
    @kadijaa9088 Год назад

    Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin yeroo dhihootti isiin haa keenu wallaah Akkasumaa obboolleessa koo rabbiin bagaa isiin milkeeysee bagaa gamadaan Mabruk 😢😢❤❤obsee too Amshiri qaalii tiyaa ❤❤❤

  • @NurowBoru
    @NurowBoru Год назад

    Isha allah rabbii Kara ngaya siha gesuu biro Kiya Abshiir my sister wly obsen gara. Nanyate abshiir Isha allah rabbii wal issan ha garsiisuu❤❤❤❤❤ umata qallii walaii Baye issin jalladha abshiir obselen rabbii wajin Jira hin yadaiin qallii nama ❤❤❤❤

  • @jamilamoftahi7865
    @jamilamoftahi7865 Год назад

    Mashaa ALaaaAbshirii obsichoo rabinii nagadhanii walitii sihadwbisuu

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 Год назад

    Masha Allah obsoo jabeessi of biratti fudhu

  • @hawajambo-ot7kf
    @hawajambo-ot7kf Год назад

    Mashaa alhaa mashaa alhaa karaa nagaa sifi ha godhuu rabbiin an ibsuu mitii obsee lalee boyee walhii 😭😭😭😭😭

  • @alefiyaguta6884
    @alefiyaguta6884 Год назад

    Amshiraa rabini isini haa keenuu ishaallaa 🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤

  • @sadaaarsiasala4639
    @sadaaarsiasala4639 Год назад

    Amshiri rabbin issin kenna inshalaa .rabbin ngyani gamachuni woliti issin haa debisuu❤❤❤

  • @kowsarmohammeda5648
    @kowsarmohammeda5648 Год назад

    Rabbi sii haa kenuu inshaallaaa 😭😭😭😭😭😭😭Analee naa. haa kenuu Du'ayii naa godhaa mee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @alawiyakadir4925
    @alawiyakadir4925 Год назад

    uuu hin ulfataa malgodhan garuu obsa isinikene rabbii nagayaan dadafatii wal isiin hagarsisuu

  • @kadijaashootube8226
    @kadijaashootube8226 Год назад

    Rabbini ilmoo isini haaa kenuu inshaaalaa Allhaaaaa

  • @maryamm1111
    @maryamm1111 Год назад

    Mashallaa Mashaallaa Mashaallaa rabbii yeroo gababaa keessati wolitti isin haa fiduu🎉🎉🎉🎉

  • @naafiiadam2337
    @naafiiadam2337 Год назад

    Mashallah mabruuk ibsuu & obsee heduu issin jalaadha ibsuu karaa nagaha sii haa gesuu inshaa'allah obsee amshir rabbiin ijaa nagahatin wol issiin haa argisisuu ❤❤

  • @romatyt3126
    @romatyt3126 Год назад

    Maasha Allah rabbi naaga woliti isiin haa deebisu daadafiti inshaa Allah ❤❤❤

  • @Fatuma-g9m
    @Fatuma-g9m Год назад

    waalahii heeduu isiin jaaladha raabiin daadafiti obseelee sii biiraa haa fiiduu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @makiya976
    @makiya976 Год назад

    Waleykumsalmi wormtullahi wobarkatuu mashaaAllah Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉congratulations ibsaa obisiyee to Rabbiin obsaa sii haa kenuu Rabbii yeroo gababaa keessati woltii isaani haa fiduu karaa Nagayaa demii jabadhaa isaani lachuu yaa Rabbii ko ilmaa jiduu jaraa kenfi gammachisaani

  • @magebintimahammad3193
    @magebintimahammad3193 Год назад

    Congratulations 🎉🎊🎈maasha allaha congratulations bro bagaa gammaaddee ❤❤❤Obboleewwan koo

  • @dursitutaha7750
    @dursitutaha7750 Год назад

    Wahiiii obsiyeee abshir human yaadin rabbiin guyyaa ngya wal isin haa garsiisu yaroo gabaabdu kheysati ibsu atilen khara ngya sihaa ofu

  • @AyntuHsan
    @AyntuHsan Год назад +1

    Rabi nagayan guya gamachu wal isn ha agarsisu🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ghj9448
    @ghj9448 Год назад

    Rabbiini Nagy waliti isini ha debisuu Abshirii Rabbiini Nagy si ha gesuu ya obolesa ko yadafi murada kesana isinifi ha gutuu Rahmana 😘😘😘😘

  • @selamawitsinaanaa781
    @selamawitsinaanaa781 Год назад

    😢😢😢Uuuufffffff Gargar bahuun bayyee ulfatadha rabiin Nagayaan walitti isiin yaa deebisuu

  • @urjimohamed3424
    @urjimohamed3424 Год назад

    Rabbin wali Jala isi❤n hin habisi inshaallaha obse ibsu jabadhu

  • @nimonatube6486
    @nimonatube6486 Год назад

    Karaa nagaa deemi Ibsuu keenya qaali❤❤❤❤😢😢😢
    Obsee atimmoo jabaadhu lubbuu😢❤