Prank Ajaa'iba Obse Condom kishaa kiyya keessaatti arkite dubartii bira Waajin bulte jate wal lole🥲

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024
  • #ibsuobse #ibsuobseprank #oromocouple #couple

Комментарии • 394

  • @linaorotube19
    @linaorotube19 2 года назад +55

    kota mati naf ta Nibraas yusuf

  • @ramadangazali5714
    @ramadangazali5714 2 года назад +6

    Obsee ibsuun abbaa manaakee ta,uuf alhamdulillah ja,i ibsuun dhiira an dinqisiifadhu keessaa isa tokkoodha

    • @hassasa7229
      @hassasa7229 2 года назад +1

      Isii hoo malttu iraa hafee tokkofa hintalaati jaartii laachuu caraa qabaan wool argachuu isaanittif woliraa tolaan waa maranu masha allah jedhiin

  • @umatube2978
    @umatube2978 2 года назад +5

    Mee Hudii Kesanu Matii Naaf Tah Oromo Koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @MohamedHassan-yo7rt
    @MohamedHassan-yo7rt Год назад +7

    Best Couples ever 💕💕💕💕

  • @LansaAbdullah
    @LansaAbdullah Месяц назад

    😂😂😂😂😂Wly das Namatii Jatanii Masha Alaa Anii Bayen isin jaladhaa Rabin yero dhiotii walitii isin haa debisuu❤❤❤

  • @NuseeybaaSiraaj
    @NuseeybaaSiraaj 2 месяца назад

    Mashaa allaah intalaa rabbii sisudatu dubara garii uktii tiyyaa wallahii sin din qisifdhee hamtuu sirraa haqabuu masanun simaddii hadhabamtuu

  • @FhV-ye8uy
    @FhV-ye8uy 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤wayiii jalala halal mashaaallah

  • @abdullatheef7587
    @abdullatheef7587 Год назад +2

    ❤❤❤❤❤❤ wl wr wb Siif qaxxahanu qaba ibsan worqii siif bitee si ararfachuu qaba❤❤❤❤

  • @oromiyaatube9327
    @oromiyaatube9327 2 года назад +2

    Obsee baga itti cabsitee erga goote yetabaatuu jarsaa kee sirittii qabadhuu jabduu 🥰

  • @abdisaketa8944
    @abdisaketa8944 2 года назад +3

    kkkkkkkkkkkkkkkk wayii obsee ibsaa natiimi dhaala meeqa waliin cisitee dhuftee jettee baayyeen kolfee waaqa.obse gafiimitti kee iyyuu nama ajaa'ibaa bayiina dhaala baruudhafiimo maliif dhalaa waliin cisitedhaa.malumafu obsaa sif haa kenu. ibsa attimoo eat your job kan mucaa akkas goote

  • @fatumaanuguse122
    @fatumaanuguse122 2 года назад +2

    Worii yo argaan na Arabsani comment jalatii sodatuye obsee 💞💞💞💞👌

  • @sabotuuarsiishashee3043
    @sabotuuarsiishashee3043 2 года назад +1

    Wswrwb jajabadhaa qaliwanii tenaa hayii misiikii tiyaa obsee dhugaa hayatii

  • @tsiondegefebulcha7789
    @tsiondegefebulcha7789 Год назад

    PIN naaf gochisiisaa dafee galee waan hin ilaalleefi malee akkan argeen comment godhe siif tasakaeera IBSU

  • @muaztube4863
    @muaztube4863 Год назад

    Ibsu fi obse link kiyyaa kan naf ka,a ofi jala naf kaa pls

  • @keyrenura
    @keyrenura 2 года назад +6

    Well come ibsu and obse family we love you from oromia

  • @NuseeybaaSiraaj
    @NuseeybaaSiraaj 2 месяца назад

    Yero bayyee mataa ke sattaraata amanta eggaata imana qabduu calaa sif hadabaluu

  • @famisham
    @famisham Год назад

    Prank Kissan heedu heduu namati tola ibsu obsee jabefadhu ❤Wal jabefadhaa 🎉

  • @huufdd795
    @huufdd795 Год назад

    Obseyee dhugaadhaa barii malifii sii arbsaan jarsaa ketii yakkiin yoo bayatuu batee jalalaa barii kanafuu likkiitii yoo tahee homaa mitii jabadhaa

  • @JabuUsmail
    @JabuUsmail Год назад

    Prank Ajaa'iba Hedduu Namatti Toltanii Obse qaajeelattii jabee fadhu ibsu🎉 By By

  • @tayiba4774
    @tayiba4774 Год назад

    As wr wb mashallaa hedduu namaa tolatanii wojiin umuri dheradhaa qaqaliwwaa

  • @oromolove1611
    @oromolove1611 2 года назад +1

    Obsee koo Heduun Si Jaladhaa Garuu Abba manaa kettiitii Harkaa ol hin kasiin bareduu koo 🥰🙏

  • @niyamahammad1391
    @niyamahammad1391 2 года назад +4

    Ani kanin jau ega wani kun prank tahe obsen malif refensa cufati qoy namni jarsara ni cufata ajaiba bar

  • @ifratube2158
    @ifratube2158 2 года назад +3

    mashalah ❤ yaa obse too walif isiin dhiisuu rabbiin

  • @samirjemal
    @samirjemal 8 месяцев назад +1

    Woow obse dhalaa meeqa woliin ciiste jettee gaafatte kkkkkkkkk

  • @AlamudinMohammed-u1n
    @AlamudinMohammed-u1n 7 месяцев назад

    Ibsuu jabadhuu prank Kee bayee baredaa

  • @LaliseKekeba
    @LaliseKekeba 8 месяцев назад

    Jabaadhaa dhugaa edduu namattii toltu

  • @bedriyaumer9702
    @bedriyaumer9702 Год назад +1

    Enyuuuu iraatti check godhuuuf bittteee I’m dead 😂😂

  • @furdoomuhammad3067
    @furdoomuhammad3067 Год назад

    Masha Allah jabadha hedun isin jaladha👌👌👌💝💝💝

  • @madishashow7050
    @madishashow7050 Год назад

    Waaw joollee teenya akkana karaa halaaliin dalaguu gaaridha kun waan hedduu fakkeenya namaa tahu

  • @bakriisheekmada4328
    @bakriisheekmada4328 Год назад

    Wlh wblhi yoo namaa biraa arabsines sii hin arabsinuu ben

  • @oromtiichaaarsiishashee4673
    @oromtiichaaarsiishashee4673 Год назад

    Attii Yoo Mumaa issa Bochiftaa.Atti.Cadhifte Ofii Bootaa

  • @hayatyeitayalij
    @hayatyeitayalij 4 месяца назад

    Masha Allah namati tola

  • @Wsddr
    @Wsddr 3 месяца назад

    Obase ibbasana wana akasi hin godu amani❤❤❤❤❤

  • @gechfikadu8431
    @gechfikadu8431 2 года назад

    Obsee is very Smart! jiraadhaa sanyiiwwan!

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕❤️❤️❤️

  • @sabotumuctiiarsii1588
    @sabotumuctiiarsii1588 2 года назад +2

    Waleykum Salamaa warahamatulhi Wabarakatahu

  • @NasruddinkadirJaarruu
    @NasruddinkadirJaarruu Год назад

    Bareeda jirtan jabaadha❤❤❤

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 2 года назад +1

    Obase irraa kafaladhu ishallaa hinafatu tiyaa kkkkkkk

  • @GanniiAhimed
    @GanniiAhimed 6 месяцев назад

    Kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk hojii kessaan nyaadha abboo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @Hhk-o9n
    @Hhk-o9n 11 месяцев назад

    Masha allah jabaadhaa❤❤❤❤❤❤

  • @firoomsanuradin4893
    @firoomsanuradin4893 Год назад +2

    Wan akana sagantaa tesan jolee dawataa obse

  • @Aliiyyibahrii
    @Aliiyyibahrii Месяц назад

    Obsee numa jarjarta akkam jaarsa kee jabeeffadhu ifirraa itti hin iyyin

  • @GGh-vp1ig
    @GGh-vp1ig Месяц назад

    Maaliifin bochiftaa obse siri hin gone ibsoo maloo maloo

  • @asayechgetachww
    @asayechgetachww 2 года назад +5

    Malifi badanii obbse&obsu 😘😘😘😘😘😘

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕❤️❤️

  • @HappyFloatingIceberg-lh1uy
    @HappyFloatingIceberg-lh1uy Месяц назад +1

    ❤❤❤❤

  • @hawaaMedhawaaMed
    @hawaaMedhawaaMed 7 месяцев назад

    Wale ykumasalam jabada

  • @MaftuuAbdurraxiif
    @MaftuuAbdurraxiif 2 месяца назад +1

    haayee❤

  • @furkanmohammed6982
    @furkanmohammed6982 Год назад

    Adeeroo praankiin Akkanaa sirraa Haa Haftuu

  • @Mayetube
    @Mayetube Год назад

    Matii jalalaa waaqayyoo kanaa caalaa jalalaa isiniif haa dabaluu

  • @nasmawadi5269
    @nasmawadi5269 2 года назад

    Wly ibsuu and obsee bayee das natii jetan 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💕💕😘

  • @fatyaal6966
    @fatyaal6966 Год назад

    Hhhhhh lesadebashi alefalegem gn hhhhhh aselakeshi ebaseni ande sew yesadebegn aselakesalew aleshi ene sedabeshalew hhhhhh

  • @mulugetayouTubee
    @mulugetayouTubee 2 года назад +2

    Baga nagadh dhuftee 🥰

  • @saadabintiisilammaa9078
    @saadabintiisilammaa9078 2 года назад

    Miskiin obsiyyee Abshirrii sii Arbsaan bagaa itti Loltee wly

  • @AbdulazizYusuf-o1f
    @AbdulazizYusuf-o1f Год назад

    Obsen amaalaah akkaa issn qabduu baaree

  • @hassasa7229
    @hassasa7229 2 года назад

    Tolchee wolii isiin kenne rabbi waalin isiin haa jiraachisu umrii kessan guttu obsuu hin arsiin obsee bareduu hintala yoo inni sii arsee iyyuu mitii 📢 qabadhuu itti iyyii😂 warii hin iyyitaa sin jedhuu dubartti ashqaacidha hin dhaganin woraa waan hin iyyinef jalatamu itti fakkattutu odessa

  • @DhheDjhd
    @DhheDjhd 8 месяцев назад

    Hin barredda bayye 4:14

  • @Habeba-el8bd
    @Habeba-el8bd 2 года назад

    Mashaa llaa bagaa itii Katee obse goboz

  • @adamomar1319
    @adamomar1319 2 года назад

    As wr wb akamii nagaha fayya kee obse iti tabin wan akanatii

  • @SmilingDessert-oy9qy
    @SmilingDessert-oy9qy 10 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 1:08

  • @thdfffg7812
    @thdfffg7812 2 года назад

    MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah MashaaIIah

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 года назад

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏❤❤

  • @hajikadiro
    @hajikadiro 16 дней назад

    Isiin jalaallaana dhugaa

  • @naafyadii9677
    @naafyadii9677 11 месяцев назад

    Hojii kee nyadhuu

  • @biftualiyi967
    @biftualiyi967 2 года назад +2

    Masha allh masha allh masha obse too💗💗💗💗💗💗💗💯❤❤❤❤❤❤❤

  • @ahmaddiinjamaal624
    @ahmaddiinjamaal624 Год назад +1

    Bayee nama kkkkm👋

  • @asiakmaal668
    @asiakmaal668 2 года назад +1

    Obse dhugaan obsa qabda nama gaafii gaafatani deebii yoo hin argatiin enumaa tayyee arruu hin dhiisuu kanafu obse homamii eshii qaalii

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 2 года назад

    Obsiyee bagaa lolteen namnii si Arabsuu hin jiruu Abshirii

  • @tiyyaashow332
    @tiyyaashow332 2 года назад

    As wr wb anaa dhufuu obse ibsu qaliwonii anuu akasumatii hinasaa obse matii nafi taa mee

  • @lamidwood1639
    @lamidwood1639 2 года назад +1

    Wow bareedadha jabaadha ibsu fi obse

  • @djgdjje8404
    @djgdjje8404 2 года назад +1

    As wr wb obose to jabadhu 🌹🌹❤❤❤❤❤

  • @AmnlhA
    @AmnlhA 9 месяцев назад

    Wa wr wb dhuga keti jete ❤❤❤😂😂😢

  • @husseinedin9018
    @husseinedin9018 2 года назад

    maasha Allah garu nibaddani maale

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕

  • @fhhfh9444
    @fhhfh9444 2 года назад

    Rabin walif is in hadhisuu garuu oso wamaa fedhefuu tahee dhadhisii hin jedhinin

  • @samirjemal
    @samirjemal 8 месяцев назад

    Check gochuun fide jedhe

  • @mosisatucha2013
    @mosisatucha2013 2 года назад

    Welcome insu obse

  • @bakriisheekmada4328
    @bakriisheekmada4328 Год назад

    Nama toltaa ibsu obse horaa bulaa beb

  • @qarootube11
    @qarootube11 Год назад

    Wow Akka karttoona tokkotti isiin jalladha

  • @ibrotube1997
    @ibrotube1997 Год назад

    Yaddaa bareedaa

  • @swsw4975
    @swsw4975 2 года назад +1

    masha allh

  • @giftiiwarraailluu3319
    @giftiiwarraailluu3319 2 года назад

    wl wr wb wayii ibsaa hojiike obsee mashallah baga qabde hardhaa bayyee hin iyyine hin arbsamtuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @DhheDjhd
    @DhheDjhd 8 месяцев назад

    ❤❤❤ 4:45 4:47

  • @muhee1stmuhee1st58
    @muhee1stmuhee1st58 2 года назад

    🤣🤣🤣 obes uffata micu hedda moo sokkuf. Maa gurta?

  • @nuradinoromo6990
    @nuradinoromo6990 Год назад

    Jabadha wade wan ko

  • @MaftuuAbdurraxiif
    @MaftuuAbdurraxiif 2 месяца назад +1

    🎉❤❤❤❤

  • @huwwitube4287
    @huwwitube4287 2 года назад

    Masha Allah Masha Allah

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️💕💕💕😘😘😘

  • @RiyaadNibraas-mi5xg
    @RiyaadNibraas-mi5xg 8 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mufariyatkasim
    @mufariyatkasim Год назад

    Wlh obsen miskina wayi

  • @juneydiidris4431
    @juneydiidris4431 2 года назад

    Ummata gaarii dha sin jabaadhaa

  • @bonishastudio
    @bonishastudio 2 года назад

    Piraank Aja'iba ibsuu dirqama dura bareysu oso hin tane yeroman lalettii naf kahii subscribe nin fadha dhifama sumatu je'ee je'ettii ♥ ❤ 🥰🥰

  • @oromiyaabiyyaako7717
    @oromiyaabiyyaako7717 Год назад

    Well cam moti jalallaaa ❤️🧡❤️🇧🇫❤️

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕❤️❤️❤️

  • @SmilingDessert-oy9qy
    @SmilingDessert-oy9qy 10 месяцев назад

    Esaa jirtuu

  • @IdiiShow-cd5zc
    @IdiiShow-cd5zc Год назад

    Bagaa ittii cabiste obsee gaffii dhugaatii

  • @wucaletube9283
    @wucaletube9283 2 года назад

    Obseen osoo aaruu baatte ykn loluu baatte prank hin tolu jaartiin jaarsa jaalattu loluun aaadiiidha

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💕💕💕

  • @aliyaahamadi250
    @aliyaahamadi250 Год назад

    🥰🥰🥰🥰Ashirii osiyee konjoo

  • @kadiirtoofiqofficial2856
    @kadiirtoofiqofficial2856 2 года назад

    ibsu obse heedduu baddanii turtan Maaliif silaa nuuf himuu qabdan
    channel kiyya kana share naaf godhaa

  • @kemak9119
    @kemak9119 2 года назад

    Maashaa Allaah

  • @kadiirmohammadtup5186
    @kadiirmohammadtup5186 Год назад

    Dhugaa dubbachuuf Das

  • @Ibsa-p9w
    @Ibsa-p9w Год назад

    Gari miti wani a kana ibsa footage🫣

  • @fatimaahmed5417
    @fatimaahmed5417 2 года назад

    Miskin baredu tiya😅😅🤗

  • @jalanemahamed2525
    @jalanemahamed2525 2 года назад

    Ahh hbbty abshir

  • @simbointalashawa584
    @simbointalashawa584 2 года назад

    Obseen yero meekabi hin dibatin akkam. Bareedda dhuuga .... Baay, ee bareedda meqappi. Dhiisi obse

  • @oftaanan
    @oftaanan Год назад

    Ittii fuuffii