DR Bayyee Galatomii Afani kenyafii Addaa kenyaa Barusaa haragachuu calla Malati Nama gamachisaa Nufii jiradhaa Hamatuu si hin Haragini ILOVE you oromoo koo
Uuuuuu Dr anan ji,ati yeroo lama nati dhufaa heduu nati bayyataa Mee maal na wayyaa biyyaa ormaa waanan jiruf demee yalamuu hin dandaa,u furmataa na hima adaraa
Barumsa bareedaa dha,gaaffii ati gaafattee inni deebise irra deebitee ibsuun garuu hin barbaachisu. Yaadnisaa ifaaf ga'aa dha waan ta'eef. Akks taanaanimmaa atumti qofaakee haasoftee dhiisuutu ture. Na Ofkalchi, Dr. Naafyaad
Dr ani yeroo hundaa gafii natii ta,aa yeroo bayee naa dhukbaa Dubrtii ta, uu Koni jibee Akaa namaa hin dhukbnee mali faydmuu qabnaa dr rabbii jedhaa natii him 😭😭😭😭😭😭😭😭
Dr guddaa galatomaaa mee Dr anii osoo laguu arguu hin jalqabiin guyyaa tokkoo wantii akka fonii wayii tasa naa keesaaa bahee mee maal tainnaa wannii isaa moo durbummaa tiyyatuu bu.ee lataa naaf himii mee yaa Dr kenyaa
Ani waga 18 fixan Jira garuu laguu waan jedhamu nan dhaga'a male hargee hin beeku sababa malitifi midha nama irran gaHu qaba maloo😭😭qamni koo immo gadii bu'a dema naf birmadha malo is in egaa dafa
Anii yero dura dai'ma hosa kinnnini qusana fudhacha ture Doctor amma garru biyya Ala keessa jirra erga biyya Ala dhufuhe naatii hin dhufane bayye yaaddo keessa jirra doctor erga biyya baayyee reefu jaa'a lama mee kiyyaf deebbii iinsin irra egadha
Uuuuuu Akkuma waqni nuuti keenetu hin dandenya gaaru dhukkidhuman dadhabe 😭😢😢😢😢😢😢 shamara ta'u kon jibba 😭😭Dr galtomi
😢😢 amishir 🥺
DR Bayyee Galatomii Afani kenyafii Addaa kenyaa Barusaa haragachuu calla Malati Nama gamachisaa Nufii jiradhaa Hamatuu si hin Haragini ILOVE you oromoo koo
Wowowww bayee bareduu jabadha sanyii ofii Rabin isini haa ebisuu ebifamaa
Bayyee galatoma Dr ufadha
Umrii dheraadhu haluma Kanaan itti fufaa 👍❤️
Thankyou Dr Doctar
bilbilaa keessan nuu maxansa
Maashaa Allah baayyee galatoomaa Dr.
Umrii nuuf dheeradhaa💕🙏
Uuuuuu Dr anan ji,ati yeroo lama nati dhufaa heduu nati bayyataa Mee maal na wayyaa biyyaa ormaa waanan jiruf demee yalamuu hin dandaa,u furmataa na hima adaraa
Dr. Guddaa Gaalatomaa waan Gaafi Naati Taa'eef deebi Argaadheraa ulfaadha umaari nuuf dheraadha❤❤
Dr heddu galatooma waan irra baratuu qabu irra hubadhetin jira yeroo keessan arsaa nuf gochu keessanif heddu ulfaadha
Heedduu galatomaa
Dr ani woggaa 5 ol kan ta,u maraa laguu narraa hafee plz Ilmas argachuuu fedhaaa pls De furmaata waa naa himiii plz plz pls
Ddghh
Dr galatomaa hedduu namaa barsisaa jirtaan waa hedduu isin iraa baradhee anuu nuu jiradhaa warii asiratii dhagefataa jirtaan ilalaa jirtaan like fii sher godhaa biraa dhabadhaa oromoo koo
Wow nuuf jiraadhaa Dr anaan baay,ee,na dhukkuba
Yeroo natti dhufu bayye nadhukkubaa qoricha isaa nattimaa adaraa 😢😢😢😢😢❤❤
Galatom.doktor.faayyaa.kenyaa.nuf.eguu.kessanif.hedduu.gammadera.ittii.nif.fufaa.kan.birosii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉barumsa.namaa.gamachisu.umurii.nuf.dheradha.laammii😮😮😮😮😮😮😮❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaalla umrii nuf dheeradhaa rabbiin.ammayuu bekuumsaa dabaaleedabalee isiinif hakeenuu Nuuf jiraadhaa obolee waan koo bayyee namaati toltuu galaatomaa
😢😢anii akaam haagodhu Dr baayee nadhukuba gaafa laguu nadhufe olinajeedha watoko nyachu dhugu hidadau
D.r garu gara na dhukuba gari malee biya oramaa jira dhukuba galmale ❤❤❤❤❤❤❤❤😢
Ebifamaa.barumsaa.gaaridha❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤ Galatomi d k garuu warii mana yalla demu hin dadenye hoo mali furumani isa
ebbifamaa Dr kenyaa wayeedhumaa kanartii xiyyefatanii hojachuu kesanifii guddaa galatomaa gorsaa garfii barumsaa garii nulatnirtuu Thank you
Mash allaha Wan nadhibe namagafadhu dhabeti debbi argadhe gallattoma Dr
Hedduu galaatoma barumsaa garii nuuf qodaan. yeroo kessaan harsaa gotaani nuu fannaa turuu kessaaniif ebbifamaa 💗💗💖!
🐅🐅🐅🐅🐅🐅💔💔💔💔💔💔💔💔💔☝️💋💋💋💋💋💋💋💋🤝🤝🤝🤝
🐅🐅🐅🐅🐅🐅💔💔💔💔💔💔💔💔💔☝️💋💋💋💋💋💋💋💋🤝🤝🤝🤝
Wwwaawwoo dhugaa DR Bayee bayee Nuuf jiradhas😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Uuuuuuuufffffff
Maashaallaah Doctoroota teenyaa Umurii nuf dheeraadha.
Waan baay'ee isiin irraa barataa jirraa Galatoomaa 😘
Lakkoofsaa keessaan nuf maxansaa Yaa Dr.#Nafyad#.
Gaafii qaba please!!
Meseejaraniis hin dubbaatan waan taa'eef.
You tube isaa duraa irraa nii argataa garaa gubaatiin ilalii nii argataa
Yaa dr dhugaa anii guyaa baayeen of ajeessuu yaadeeuuuuuuuuuuuuufiii
Maalfi of ajjeessati?
Gudaa galtomaa doctor nafii me,ee lakofsaa kesanii nufii maxasaa❤❤
Odeeffaannoo nuuf kennitaniif galata qabdu.Horaa Bulaa! Fayyaa hin dhabinaa.
Barumsa bareedaa dha,gaaffii ati gaafattee inni deebise irra deebitee ibsuun garuu hin barbaachisu.
Yaadnisaa ifaaf ga'aa dha waan ta'eef.
Akks taanaanimmaa atumti qofaakee haasoftee dhiisuutu ture.
Na Ofkalchi, Dr. Naafyaad
Baga nagaa dhuftee Dr keenya
Dr bayyee galatomaa yeroo keesaan arsaa gotanii bekkumasa keessan nu qoduu kassanifi 😍😍😘😘❤💚💝
Dr koo gaalatomi baaguma kenyaa tate uuuff wlh Anna waaga keesaati yero takka qofaa naati dhufaa Anni mana yaalaa hin demne ittuma dhisee😭😭😭😭😭
Anis akasi
Galatomii Dr nufii jiradhaa barumsaa garidha
Dr kenyaa Guddaa Galatomaa nuf jiradhaa
Kaa nama dhukubuu kuni dawaa jiraa mee nuu himaa 😭😭😭😭😭☝️
Mashaa Allah tabarakkalaa rabbiin siraa haa jalattuu inshaa Allah
Wwwwww
Jabaadha dhuga keesani
Baay.ee gaaltoma Dr kenaa
Gaffiin qaba please bilbilaa keessaan maxxaanssa Dubai irraa
Galatomaa
Bagaa nagayaa dhuftee Dr kenyaa 💞💞💞💞💞
🎉🎉❤❤❤❤ welcome Dr
jiiraadhaa Dr bashanasisaa barasisaa keenyaa ummurii nuf dheeraadhaa !!!!
Guyaa dhuferaa lakawadha moo guyaa dhabateran lakawaa marsaa itii anuuf
Galatoma Dr❤
Nuuf jabbadhu
Gafii qabbaa Dr dhifamaa wallin
Ebbifaamaa Dr kenyaa
Galatoma Dr Kara kamiratii gafi si gafacha dadenya Lata
Galatooma Dr Gaffii Qaba Dr
Bayye galatoma Dr kenya gaaruu marsa lagu ji,a 6fi Sana ol yoture furmani mali gar fuldurati mo ilmo horachuu dada,aa ma
Osoo hin Ulfaan moo??
Kunnii rakkoodha Obbolleetti mana yaalaa deemii ilaalaamii.
@@oromoofirst5633 ani dahe jia8 nati dhufe harma hosisa haga amatu garu amma nati dhufe alhdulilah amale jia gute ofi nati hjn dhufne buli 33
Think you so much dr nafyad ♥️♥️♥️♥️♥️👌👈
Dr Atii barumsa bareda dabarsita namni heddun siin bekka bar. Warra you tube gurgurda qabun beksisa jedhiin
Mashaa alha mashaa alha dhuga kettii wly galatoomaa
Dr Asumaan Galatoma jechuu fedhaa
Aani yeroo hunda Laguun koo dimaadha yeroo bayyee imoo hin ittita
Yeeroo naati dhufuu duu.ee tumaa gaalani naamani kaa koo hin jiraa gaaruu😢😢
Galatoomii dr👍❤️
Ebbiffama dr
Baagaa naagaan dhuftaani
Dr kenna. Laguuni kiyya gafaa dhufuu. Guyyani halkanii natti taa heddu naa dhukuba
Nyaataanis walk through reading yaada mo'ataan qaama miiraatii Qarreenis yaadarraa yuniversity wal'ansaa
Galatomi Dr bagaa nagaan dhufutee nuf jiradhuu
Dr ani yeroo hundaa gafii natii ta,aa yeroo bayee naa dhukbaa
Dubrtii ta, uu Koni jibee
Akaa namaa hin dhukbnee mali faydmuu qabnaa dr rabbii jedhaa natii him 😭😭😭😭😭😭😭😭
dhugaadhaa galattoomaa dr nafyad❤❤❤
Galatomaa dr aniyuu gafii yeroo hundaa nati ta'a ture debii argadheraa
Barrumsa kessanifi nuuf galatoma malo ana yeroo marsaan laguu naat dhufuu bayye na dhukkuba uuuuufffi
Guddaa galatoomaa dr keenyaa ulfaadhaa ❤❤❤❤❤❤
uuuuuuufffff Dr anii maliif Akkaa tahee garuu hin bekuuu malee bayyee naa dhukubaas bayyee ititadhaa kaan foon tiruu fakatuudhaa garuu madhaa naraan gahuu danda,aa pls naaf debisii😢
Galatooma Dr ❤️🌹
Welcome Dr 🌹🌹🌹💌💌💌😘
Baayye galatoomaa doctor
Dr guddaa galatomaaa mee Dr anii osoo laguu arguu hin jalqabiin guyyaa tokkoo wantii akka fonii wayii tasa naa keesaaa bahee mee maal tainnaa wannii isaa moo durbummaa tiyyatuu bu.ee lataa naaf himii mee yaa Dr kenyaa
Hhhhhhhhhhh
Bayyee galatoomaa baruumssa gudda eraa baranee
Eega umuriin Koo 40 gahee Bayyee bifa jijjiirratee nadhukkuba fayyaadhuma hin Argadhu yeroo dhufuuf jedhuu eegalee eegabadees nagaa hin Argadhu namura dhangalaon hin beeknes hedduun Arga😢
Dr keenyaa Wa,ee ulfalee nu barsisii
Galatomaa DR like subscribe godhafiii maloo oromo haa wol jabefanuu
Dr keenyaa ebbifama guddaa anii garuu Osoo narraa hin dhaabbanneen torbaan lamaa isaa ol narra turaa 😭😭😭
Mashalaa. Dr.bayyee.galatoomii
Thank you so much
Yoon Osoo ji'a hin geenyee dhufee ho akami mee fakkenyaa fuulibaa 2tii dhufee debi'ee 22 yoo dhufee akamii mee kunii
Thank you so much Doctor
Furamataa me❤❤❤
Dr galaatom😊😍
Harkiis gumaadha nyaataanis nafaa Dubai international Nageenyaa sawsaw amiiin gzxjaalannee amiin
Galatoomi dr❤❤
Ani waga 18 fixan Jira garuu laguu waan jedhamu nan dhaga'a male hargee hin beeku sababa malitifi midha nama irran gaHu qaba maloo😭😭qamni koo immo gadii bu'a dema naf birmadha malo is in egaa dafa
Man yalaa demiii tole
mana Yalla demmi qalli koo
Dr msg gaafi si gafaachu barbaade turee
Jiraa jirtu me anii yero dheerra kessa darbe yoo natii dhufuu hunduma duyda naa gubaa malidha falii issa 😊
Dr keena nuu jiradhaa b
Galatoomaa Dr nafyad Getu
Dr heduu gaalatoma waan ba.yee iraa hubadhee waan samuu ko jeqa ture gafii isaa aragadhe jiraa gaalatoma ulfadhaa
Gaalatomaa dr kenyaa ani yero bayyen hordofa
Galatomaa dr👍👍👍
Anii yero dura dai'ma hosa kinnnini qusana fudhacha ture Doctor amma garru biyya Ala keessa jirra erga biyya Ala dhufuhe naatii hin dhufane bayye yaaddo keessa jirra doctor erga biyya baayyee reefu jaa'a lama mee kiyyaf deebbii iinsin irra egadha
Galtooma jiradha garu gafii qaba ani lagu koo jia,aa jia,aan nii dhufa garu waallhi bayyee tokko na dhukubaa dotoraa kenyaa mee furumataa nati himaa
Galatomaa ulufaghaa bayyee 🥰🥰🥰🥰🥰💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐👍👍👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Obboollaafakkuuu ijaaira hafaa
Nuujiraadha ❤️❤️
Dr ykn abaa cabsaa
Thank you so much ❤️❤️
Garuu umaa ykn Harmee too dhukubaa irani gayeraa akkaa iraa hafufi mali gochuu qabaa?????
Midhaa luguu hafuu nuti imii bayee galotomii isaa jalaa ebbifamii oblesaa koo
Dr heduu galatommaa ulfadhaa!
Galatomaa dhugaa 😍
Uffffffffffffiiii eyee yeroo Natii dhufuu bayyee N dhukkubaa D malii malii koo jia.aa 2tii N dhufaa🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Dr maalloo wayyee sanesii irraa nu dubadhaa
Bayyeee galatomaa dr/jenyaaa
Dr. Anii batt 6Haffe Dhuffe guyya tokko Bicha Achuman Haffe
Amaa Huracha natt Dhuffa guyya tokko Achuman demaa
Gaaftokko tokkommo yero harkaan ofirra baasan nii dhiiga akka waan simmeetitti ba'aa maaaliiffii dr