Dr nagenyii sif haa ta.uu malo Ani hadhaa muca 1 tii gafan muca koo da.huu oson mana yaalaa deemaa jiruu oson hin gahin naa kuutee bahee ergan mana yaalaa gahee mani yalas baayee riifatsani na hodhanii anis bayen dhukkubsadhee isaan bodaa nii hikkattee anis debi,e hin deemne maloo kodee koo waa nan jedhii Dr ❤❤❤❤❤❤❤
Dr Dhukkubaa circhaa Kalee manaatii akkama itti of yaaluu mee fi nyaata akkamii nyaadhuu fi akkama dhisaa mee yaddoo guddaa natti ta. ee bishaa gudhii jedhuu in ummaa dhugaa garuu furmataa hin hargiinnee hamma dhagannaa naa. ittissuu jammaree maloo Furmataa Kan yaa Dr 😭😭😭😭
Dr Waa,ee Dhukkubbii Dugdaa Irratti Nama Dugdi isaa Gara Waggaa tokko Oliif irraa ture. Achumaa gara mudhiitti gadi siqee iddoo lafee miila fi kan mudhiitti/dugugguruu/jidduu nama hadoode , nama dhukkubuu .ulfaatina qaama illee saffisaan hir,isa deemu, yeroo rafuu nama dhukkubee(hoo,isee) hirriba irraa nama dammaqsu.mana yaala illee yeroo sadii deeme ilaalee qorichaa fudhaadhee waa tokkoo na dhifne maal godhu qaba?? kanaan saudi arabiyaadha. baay,ee hordofaa jira baay,ee galatomii gaaffii koos akka naaf deebistu abdii qaba.
Dr nafi Aka na debisatu abadi qaba waqayo jedhi nafi debisi ani aba mana qaba biya oroma jiradha ulafahe ufira base qorachan ama baye na dhukuba kesi kiya piredi kiyale seran nara bahu baye na waran qama sala kesa me mali ha godhu
Welcome dr nafyad atii gafii kiiya malif naf hin debifne gafiin kiiya dhukuba kiilee ciidhanii nama dhukubu mal erraa nama qaba dawaan issa mali gaafii kana siiriti comenti kiiya dubisi naa debiisi mee
Shamarran keenyaa yoo qaama saalaa dhiphiisuu barbaddaan dhiiraa tokkoo qofaa wajjiin jiradhaa😌👌🙄
😁😁😁😁😁😁😆😆😆😆
KKkKkkkkkkk
dhugakete dhagaha warri shammarrani toko qofa jalladha shani fi jaha dhisa
dhugaa jete
Dhugaa jette kkkk
Fayyoo jaalallaa kotuu gaafiini kee Dr Abbaa cabsaa biraa siif gahee bagaa Gammadee kottuu dhageefadhu😉😉😃😃😃😃🙆🙆🙆
Wa,ee dhibee garachaa kastee ammaa duraa Dr akkaamiti Qorichaa isaa arkanaa si qunamuu danda,aama
Nagaan Waaqayyoo isin haa ta'u baga nagaan dhuftan
Gallaatomaa jabaadhaa raabbiii isni haa gargaruuu ❤️💚❤️💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻💯
Dr nagenyii sif haa ta.uu malo Ani hadhaa muca 1 tii gafan muca koo da.huu oson mana yaalaa deemaa jiruu oson hin gahin naa kuutee bahee ergan mana yaalaa gahee mani yalas baayee riifatsani na hodhanii anis bayen dhukkubsadhee isaan bodaa nii hikkattee anis debi,e hin deemne maloo kodee koo waa nan jedhii Dr ❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Gudiin dhufee Kunis jirayii Ani har'aa dhagahee waqa🤔Kan shammarani ana dhiphisee naf ummee jalaqabayuu Galata isaa🙏💓 Gltm Dr♥️
Warri comenti Kun malif kolfitu wly. Barumsa baredadha Dr galatomi🙏♥️♥️♥️
😂😂
galatomaa Dr keenya qorichaa fakkenyaf kan fulla dibbatan sa'ati sanaf barachu hin danda'aa garuu yero mursa bodaa ofuma isaa mudhaa fidu danda'aa kanafu durbaa yokin shamaran Keenyaa abba mana kee yokin jalale tokkuma sana jabbefadhu qorichi fayyadun isaa shakkidha akka fayyida qabu midhaa qabachu hin danda'aa asuumma gababati abba mana kee isaa jalqaba wajjin jirachuu dha galatomaa yoon Dogongore dhifama 🥰❤️😘💝
Dr Dhukkubaa circhaa Kalee manaatii akkama itti of yaaluu mee fi nyaata akkamii nyaadhuu fi akkama dhisaa mee yaddoo guddaa natti ta. ee bishaa gudhii jedhuu in ummaa dhugaa garuu furmataa hin hargiinnee hamma dhagannaa naa. ittissuu jammaree maloo
Furmataa Kan yaa Dr 😭😭😭😭
Waqaayoo sifii jiraa abishirii
Kirsitos fayisaa lubbuu keeti godhuu fudhadhu kunii dhibee afuraa hamati kadhachifdhuu Obboletii koo ebbifamii keesan naa dubii waqayoo sii gargaraa ❤😢😢
Dr kenyaa dhifamaa waajjin gafii kana na debbisii Adaraa kee biyyaa Araaba kanati fuunyaan isanii gababa yoo ta'e ni dheereessu yoo fuuga ta'e immoo konkona godhu yookaan ni dheereessu maloo natti himi qalii kenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️naaf debbistaa jedhen Abdii qaba
😮
Dr Naf heduun siijalladha rabbiin umurri kee hadheresuu
Galatoomii Dr jabaa keenyaa🥰🥰🥰🥰🥰
Welcome abbaa cabsaa😍
Dr Waa,ee Dhukkubbii Dugdaa Irratti Nama Dugdi isaa Gara Waggaa tokko Oliif irraa ture.
Achumaa gara mudhiitti gadi siqee iddoo lafee miila fi kan mudhiitti/dugugguruu/jidduu nama hadoode , nama dhukkubuu .ulfaatina qaama illee saffisaan hir,isa deemu, yeroo rafuu nama dhukkubee(hoo,isee) hirriba irraa nama dammaqsu.mana yaala illee yeroo sadii deeme ilaalee qorichaa fudhaadhee waa tokkoo na dhifne maal godhu qaba?? kanaan saudi arabiyaadha.
baay,ee hordofaa jira baay,ee galatomii
gaaffii koos akka naaf deebistu abdii qaba.
Ishii Dr galatomi
Rabbiin Sihaa Fayyisu ☝
Ebbifamaaii
Ebbifamaaii Ebbifamaaii
Galatama Dr jabaa kenyaa Baga kenyaa tatee
Shammarran kenyaa waan tokkoo hin fayyadamiina umma rabbii maal gotuu mee?
Maloo dr obboolleessa koo dhukkuba kaanserii lukkaa isa irraatti bahee muca garuu umriin isa xiqadha osoo naati hin immiin gara ogeessa abbash demme qorichaa abbash fayyadamma turee yeroo isan irraa badduu dinnan nati immani ammaa yoo gara mana yaala demme keessa basu hin dandamaa maloo dr nfd naa gargaraa haddara oromummaa galatom
hin dandamaa oboletii koo
Ee Bala bute😅😅 ani kessa jirtu bayi Dr ❤galatomii isii
Gaafii kana anu yadaan turee fayyoon na dursitee malee🙃😎Galaatom D.r kenya😍
Galatoomi Dr kena Ani wani akkana kana bayee namota heduu arage kaa iti fayadaman garu ufi kiyaf iti faydame hin bekuu
Nufi jabadhu Dr keenyaa
Dr yero daiimaa.godhatani kan garan namaa hin sunturaa muraa muraa godhata malin offiraa balesun dadaaamaa.
Wel come abbaa cabsaa
Abbaa cabsa galatoomi qaali garuu gaaffiin akkaanatis jirayi kkkk
Kkk
Galatomi dr kenyaa 🥰🥰🥰🥰
Kkkkkkkkklk Fayyo Arga kee Caccabdu wayi mal jechuudha 🤭🤭😁😁😁😁😁
Dr. dhimma kana ''gender perspective'' ilaaltanii? Kan dubaraa akka dhiphatu kan dhiiraa akka guddatu eenyutu murteesse? Gaaffii biraan, dhiphateefi bal'atee isaa kan murteessu dubara sana osoo hintaane qaama saalaa kan dhiiraati.Qaamni saalaa dhiira tokko furdina yoo qabaate kan dubaraa sun baay'ee bal'achuu dhiisuu danda'a. Akkasuman qaamni dhiiraa yoo qal'ate innumti isheen dhiphaadha qaamnikoo jettee yaaddu, akka isheen yaade ta'uu dhiisuu mala...
Kana calla nuu jabadhuu Dr qamaa saalaa dubartoota kana dhiphisuf jechaa yaalii baqaqsanii godhuni du'umsa irratti dhiibbaa hin qabuu??Dr??
Umaamaa waqaayoo akkaami Godhuu laakkii yaa raabbii nu baarr
Dhugaadha maadami koo gaafadhe ani dhugaadha nani jeete 👍👍
Doctor kan isin jeette kan dibaatan mitti bishaan isaa dhugaani
Galatom Dr keenyaa barnota garui taus Garu midhaas ni qaba?
haye ati eysati argamta
Wel come
Sarjarii ati gochuu nandeettaa doctor??
Wooowwwoo gorsa baye gari Dr galatoma
Dr nafyad gafii qaba akkamin sigafachuu danda'a
Great job!
Yoo ittuu wol qunaamtii hin rawaatii durbumaan hin basaa doktoor
Eebiiffamii. Ogesakenyaa
Jabadhu 🥰🥰🥰🥰🥰
Galatoomi Dr Jaallatamaa Keenya ❤
Anni sport hojjechan jira bayyee garidha dhugaa yoo Akka dhiphatuu barbadan sport hojjedha
Dhugaadhaa
😂😂😂😂😂akkam beetaa dhiphachuu isaaa🤭🤭🤭🤭🤭
@@sanyiiibulloosanyiileenjii4607 akkamittin walala
Thank you Im very much you are right
Dr Ispoortichi nuf hin gale
Dokter nagaan sii Haa bayyatu
Barumsi kee bayye natti toleraa garuu gaffi tookkon qabaa
Innis dubarttin Tokko bayye yoo furdatte qamnni salaa ishii in ballata jedhu
Akasuma dubarttin qallatte qamnni ishii dhiphadha kan jedhanis jiruu mee ati kana mal jettaa????
Ganna waa dhufa Kan egee fufa me cufa Kan ball'ISU natti imma Dr bayyee rakkachan jira
Dr kan dhipatee akkamitti ballisuu
Qorichii fayyaa irraattii rakkoo akkamiii qaba
Warrii Wan Hin tanee baresittaa afaanke saan qaqabadhaa dhagefaadhaa Yoo isn hin tanemoo ijaa kee qabadhuu darbii
Wle come Dr 🙏🙏
Abbaa mannaa tokoo wojinii jirradhuu sagagalumaa dhissii
Dokotorii mamee qamasala guuyya keesaa yyeero kuuma dhiqadha midha nati hinifida moo
Kkkkkkkkkk safuu waaqatikuuni kaani dubara dhiphisaa kaani dhiraa Guudiisaa yeroo Deemitani kaana maalumaa yadaani Gaaruu 😅
Jabadhuu jabaa ormoo ❤❤
JartaaTee imaaSii argateeJabadhuu❤❤❤❤
Ishi Dr galatooma... Garuu dhiphatee kan nama dhukkubuuf qorrichi maali inni? 🥺😍😌
Kuni sirrii mitibo yomuu da,umsaati rakko fidaa warrii dhiphisuufi bo,ati jirtani dhisamee
Galatoomi Dr
Dr galatomii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatomii Dr😍🙏
Qaama dhisaati maatii naa ta'aa
❤❤ galatomma Dr kenna
Anaafis gaafiidha garuu bal'achuuf dhiisii akkamittiin beeknaa?
Kandhiraaho yoo dedebu'ee rawatteehoo Humnisa hindadhabuu??
Kkkkkkk❤dr ni sirreefana
Sorry dr sikondi.5.shan.mall.qabanee.gadhisudhaaa
Kkkkkk yaarabii nu satari guiin dhufee uuman ummee jiraa hoomaa hin fayadaminaa shaamaran akk kotii umriin is ee 15_20 keesaa jirtaan ofeeganoo goodhaa kaan hundaraa dursaatii
Gaallattomaa dr
Kkkk abet ya doctor maali egaa wanti amma kana isaan dhiphise😃
Dotiri kenyaa gudaa nuufi gaalatomii gafii qabaa unisi malifi yoo jetee waari dhiraa utuu hin arinii waggaa 6 ykn 8 ta, ee moo qamanii salaa isaani dhiphacha demaa moo Balaacha demaa? Gaafi I kanaa na debisii
Galatoomi dr ❤❤❤❤❤❤❤
Dr. Galatomaa❤❤❤😘😘😘
Dr nafi Aka na debisatu abadi qaba waqayo jedhi nafi debisi ani aba mana qaba biya oroma jiradha ulafahe ufira base qorachan ama baye na dhukuba kesi kiya piredi kiyale seran nara bahu baye na waran qama sala kesa me mali ha godhu
Hojii humnaa keetii oliiyuu hojjachuunuu ni baldhiisaa qaamaa saalaa
Sirrittii nyaataa gahaaf madaalama yoo nyaatee siif dhiiphataa
Isphort niilee garmaalee yoo hojatee ni baldhiisaa
Galaatomaa Dr 😂❤
dr ashabon nii dhiibica jeedhani bar dhugadha
Welcome dr nafyad atii gafii kiiya malif naf hin debifne gafiin kiiya dhukuba kiilee ciidhanii nama dhukubu mal erraa nama qaba dawaan issa mali gaafii kana siiriti comenti kiiya dubisi naa debiisi mee
Manaa yaalaa deem
Dr baayyee nattii tola
uuuuuyyii kunisjiraay 😂😂😂fayyoo🤣🤣
Dr thank you ❤❤❤❤
Nagaa naganyii waqayyoo sifa baaya,tuu Dr wellcome
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Dhifamaa Anirako biiraa hin qabuu Rakko Furdiinaati Yooni maali nyaadheeni Furdaadhaa maalo
Dr.piredin koo yeroo hundaa utuu.jinii isaa hin ga'in nati.dhufaa malif.garuu
Ijaza bahudhan sii dhisa
Nu jiradha dir❤❤❤❤❤❤❤
Gaffi qaba maloo dhufu dhufu narakisa malisa Mali baye bayeee dhufa yero marraa nadhiphise jira Mali godha?
Yeroo dheraaf osoo dhiratii hin dhiyatini yoo Turan dhipachuu ni Dada aa.?
Pooseshiinii wol qunamttii duraa taasifaamuu daraanii nuu ibsaa
Welcome
yaa fayyoo ati gudii qabda😳😳😁🙊🙉
Waaqni wanta umeefi yadaa qaba kuni hojii rabbiti nam tolchefi inbo,ina ijoo
Intalattiin ofumasheetiif jalaa bal'atee dhiirti baqatee jennaan gaafatte fakkaata??🤣🤣🤣🤣🤣 Maaloo Dr dafii furmaata kenniifmee 😀😀
dubartii fordoon hoo oppiraasoonii qaofaan yoo deesse sababa furdina isheetiin qaamni saalaa ishee hin bal'atuu?
Yaa waqayoo anii aran dhagahee yuu 😢😢
Yoo jabachaa ademee bodee yeroo dahan bodee hin balatuu
Galatomii dr❤❤❤❤
shaggee ofiif fayadaamtee ta'a Ati???🤪🤪🤪🤪🤪
Galatomi Dr
Galatooma Dokter
Dokthor nafii yadii anii gafii qaa aa
Faayyooo
Galatomii
Maali ta'ee balaataa silaa 😂😂😂😂😂