Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Dhageefatanii qofa hin deeminaa sheer lak godhaa dhafaati hordoftoota nuuralhudaa🙏
🫶♥️♥️♥️♥️
Arabic
Wls wr wb Rabbii nuu haa tiksuu inshaallah karaa Yahuudaa Irraa😢😢
Yaaa rabii kiyaa shekaa kanaa umrii isanii.nuf dheresii ❤❤❤ akasuma. Qopesitotaa nuralhudaa umrii.nuf.dheradha susii nuti tatani❤❤❤
Mashaa allaah rabbii umrii keessaan nuuf haa dheressuu inshaala ❤❤❤❤
Wallay hanga dhumaa isaa dhageeffadhee waan Hedduu irraa baradhee Jk itti nuufi fuufaa umrii nuu dheradhaa🙏🙏🙏🙏🙏💯
Mashaa Allah!!!Mashaa Allah!!!Mashaa Allah!!Rabbiin jaasa isinif haa kafaluuBarnoota gaariidhaa!!
Mashalla mashalla rabbiin umrii tessan nuf haa dheresuu ❤
Mashalaa dura keesaniif duuba keesan rabiin isiniif haa bareechu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wl Wr wb
Maasha allah qophesitota dhaddacha jaalala rabbin isinirra haa jallatu Mee essumaan isin argachuu dandeenya
Amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiin
Maashaa Allaah Rabbiin umurii dheeraa Isiniif maati keessan hundaa haa keennu wallaah 🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
Mashalha tabarak allha galtomaa ❤
Masha Allah Shukran ❤️🙏
❤❤❤❤❤wow nuural hudaa hedduu takka isin jaalanna waa isinirraa barachaa jirraa
Mashaallah mashaallah tabarakala rabbii sirani haa jalatu ishaallah tessumni tessani janata firdossii isini haa gamachisu ishaallah
❤ mashallah Tabarakallah wan Baredadha ❤❤😊
Mashaa allaah dhaddaacha jaalalaa umrii dheeraadha
mashallaa tabara kallaa rabbi isiniraa haa jalatuu ❤❤❤❤❤ jabadha ❤❤❤❤❤❤❤
Ws wr wb jazaa kallah wa kheyran
Mashaa allh
Sallallahuu aleyii wosallam mashallaa tabaraa kallaa rabbi isiniraa haa jalatuu❤❤❤❤❤❤❤
Jazakumulakeran rabbii ummrii issin ha dheresuu wara nuralhudaa
🎉🎉
Mkuynp
Maasha Allah rabbin isinirraa haa jallaatu waan bayyee isinirra baraacha jirra jaazan keessan jannataa haa tau😊😊❤❤❤
Mashalha mashalha jajabadhaa umrii isiin haaa dheresuu
Rabbii namaa ilmii baratuu nuu haa tasisuu❤
As wr wb ❤️ yaa NH ❤HEDUU ISSIIN JALAADHA
Wl wr wb ❤❤ mashaa Allah yaa Rabbii Shekha kenyaa umrii nuf dheressii
Rabbii isiniirraa hajalatuuu
Haha you voice like somaalia language allah akhabr from somalia🇸🇴
Mashallah umrii nufdheradhaa
Masha allaah rabbiin isin irraa haa jalattu jzk ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keessani
Waleykum sallaam waarahmattullaah waabarakattuuhu inshaaa Allaaaha Maaashaaaa Allaaaha Maaashaaaa Allaaaha
Assamu Alaykum Worahmatullaahi wobarakaatu Maasha Allah Hedduu Heddu namatti tola Dhaddachi Jaalalaa
Mashaa allh rabbi umri nu ha dheresu
Mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah rabbii isiniraa haa jaalatuu
Waan Bayyee ira Barannee
Mashaallh mashaallh ❤❤❤❤
Rabbiin isini haa jalatu
Mashallaah tabarakallah ♥️ ❤️ 💖
Mashalha dubii baredaa ❤
Sheikh keenyaa galatoomaa 🙏🙏🙏umrii nuuf dheeradhaa ❤❤
Maashaa allh jajjabadhaa umarii nuuf dheradha ❤❤
As wr wb gafiiin qaba garamin isin gafadha
Wl.wr.wb Masha Allah Galatoma Jzk 🙏❤❤❤🎉🎉🎉
Masha Allah jazaa kallaahu keeyran
Maashaa allah wly namni dhugaan barnoota gad fageenyaan barate akkana rabbiin umrii isin haa dheereessu sheeka isinis hedduu galatooma qopheeysitoota nuural hudaa heddu na tole hukmiin sheekaa
Sallallahu aleyhi wosallami wa'alleykumsallam worahimatullahi wobarkatuhu Maashaa allaaha ustaaza Jazaakumullahu keeyranii umrii nu dherradha beektotaa keenyaa barrakallahu fikkum Aaamiiin amiiiin aamiiiiin
Sellellaahu Aleeyh wassallam 🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️
Mashalaa tabarakalaa❤❤❤❤❤
As wr wb jzk jabaadha dalagaa teessan tana rabbiin isinirraa haajaallatuutii.
Masha Allah waan baay'ee isinirraa barannee jirraa
As wr wb rabii gadiisaa arshii jaltii walii nu argisiisuu ❤❤❤❤❤❤❤
Masha allaah Rabin isiniraa hajiratu
Maashaa allah
Maashaa Allah ❤❤❤❤
Masha allah Masha allah Masha allah Masha alla
Mashaa Allah ❤❤
Gafi qaba akamiti gafachu dadaya mee ndebisa pilis kometi barese gafachu dadaya❤
Maashaa Allah sagantaan teysan akkan nama gammachiiste Rabbiin keenya isinirraa haa jaallatu inshaa Allah
Waleeykuumii Salaam Waraahmaatullaah Wabarkaatuhuu
As wr br akamii jirtuu bayee garii ❤❤❤❤jabduu
Mashaa Allaah umrii nuf dheeradha waahedu barannee jzk❤❤❤❤
Maashaa Allah Rabbiin isiin irra haa jaalatu Inshaa Allah ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Lakkii beekamtii abbaa isaa qofaan erguu hin qabduu yaa obboleetti yeroon yeroo amaanaan dechii irraa fuudhamtedhaa of eeggannoo guddan woliin jiraachuu gaafataa
AS WR WB Yaa Rabbii koo ati akka keenya hin laalini .Ustaaza keenya Rabbiin umrii isin haa dheeressu akkasumas qopheessitoota Nuuralhudaallee rabbiin Umrii teeysan haa dheeressu
As wr wb akam jirtaani ❤❤❤
S w wr wb mashallah tabarah kallaha umrii nuff dheradha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤. Anu garu yadah Qaba esaran Akkah ibsatan hin beku mall 😊
❤❤Maashaa'allaah❤❤
As wr wb bukaarii Muhammad naan jedhan jiraataa naannoo harariiti yaa warra qopheessitoota nural hudaa baayyee tokkoon usin jaalladha galata keessan dachaa godhee rabbi isinii haakaffalu barnoota guddaa isinirraa argachaa jirraa haaluma kanaan itti nuu fufaa jazaa kumullaah
Masha allah Jzkl Rabbin Umrii Kessan Nuuf Haa Dheeressu❤❤❤🎉🎉🎉
Maasha aallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ماشاء الله❤❤❤❤
Mashaa allaah qophiin dhaaddachaa jaalala bayyee namaatti tola akkasumaas farhiyaa fi usmaan umrii nuuf bayyee isiin jalaannaa!!!!!!!!!!!!!
thanks a lot. waan gaarii nuuf himtaannif
Thank you , thank you very , very thank you
As wr wb qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Rabbiin Mindaa keessan jannatal firdawsiin isinii haa deebisu. Ani maqan kiyaa Q.T jedhamaa naman anii himachufi dhufee abaa manaa kiyaa abani manaa kiyaa bayee jaladhaa akasumaa heduu kabajaa anafi abani manaa kiyaa biyumaa arabaa kanaa kesatii wolii bare ergaa amataa 2 hasofnee bodaa wolin bultii ijarane Ergaa bultii ijaranee wojin jirachuu egalee amaa hogaa 3 genee Alhamdulillaah Abani manaa kiyaa kuni osoo anaa nikayaa hin hidhatin duraa hintalaa takaa wolin turee anii wanii kanaa iraa hin bekuu namotaa isatii dhiyatani yoni gafadhuu wanii gamut iraa hin dhagenyee ergaa nikayaa hidhanee hitalaa tanani wolii naa barsisee hintalii tuni natii dhiyachu egaltee anilee akumaa namaa toko itii dhiyadhee heriyaa ta,uu egalee ergaa hiriyaa tanee amataa 1 turee bodaa wanii anii hin yanee tokotuu naa mudatee hintalii inii wolii naa barsisee tunii hagaa amaa wolumanii jiranii akaa tasaa ta,e osomaa silkii laluu suraa jarii woli katee argee yeroo kanaa rifadhee wanii godhu dhabee alaa bayee boyee Yeroo kanaa abani manaa kiyaa dhufee Malii tatee nanii jedhee hoguu photo itii mudhisee heduu rifatee dhifamaa nii dogogoree nanii jedhee namaa kanaa dhisee demfii hedhuu jaladhaa wanii godhuu dhabee jirenyii natii dukanoftee Ok sii dhisee rabin sii haa dhisii jedheni Garuu hintalaa tanaa biratii hadharaa sii arguu hin fedhuu jedhenii ok jedhe wadaa naa galee ergaa amataa 1 tenee bodaa hintala tanaa garaa hidanuu Bilok jalaa base itii hasayaa hasayaa isii wolin hasayuu kanaa anii hin fenee dhisii hin hasayin jenanii nafii hin dhagayuu anii abaa manaa kiyaa kanaa amanuu hi dandenyi namni qalabin tiyaa dhisii jirenyumaa kanaa nanii jetii mee isin malii naa dhamtni kabajafii jalalani isin egadhaa 😢
Dhalaa amantee uftii dhiyyeessiin kaan boodaf Baroommsaa fudhuu amma bulti tee qalbii qulquuluu jiradhu bultii diguu irraa tamma qabanii sireefachuu woyaa kaanf obsii gara qulqulluu dhisiif
Akkas tanaan eega shakite wani ati godhu qabdu jiru ga numa dhiisi firraa.Waniin an siif dhaamu yoo jaalate hin shakin yoo shakite hin jaalatin Akkasi dubiin
Mashaa allah umurii nuf dheradhaa
Mashallaa jkz ergaa guddaa qaba❤❤
masha Allah ❤
Masha allah barumsa baredadha
وعليكم السلام ورحمه الله وبركاته اللهم صلى على محمد وعلى ال محمد ❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allaah heduu isiin Jaalanna Jabaadha umrii Nuuf dheeradha
Maasha Allah Maasha ❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤
Mashaalaa rabiin isiin irraa haa jaalatu
Sallalaahu aleyhi wassallam Rabbiin umurii keessan nuuf hadheeressu utaaz
Umrii dheradhu sheekaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤
Wl wr wb mashahallah❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mashallaa mashallaah mashallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Awrwb jechaa rabbiin isii iraa haa jaltu jechaa mee karra kamin isiim dubisuu danda,aa mee jatamtota tennaa
as wr wb maashaa allaah
Jazaakallahu keyran
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah ❤❤❤🎉
Sallallaahu Alehi wasallam 🥰
Wa'aleykum assalam warahamatulah wabarakatuh alh ngh mashallah tabarakalah rabbin isiin irraa haa jiratu inshaalah
Rabin umri kesani hadherasu Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi
As wr wb2 obbolewwan muslima anis gaafi tokko isin gaafadha maqaan kiyya a,yn jedhama yero jelqabaaf muca tokko jalladheen midhame yero dhaaf innis najalata ture amma garu na iraanfateeraa an biyya ormaan jira isa irranfachu dadhabeen midhamaa jira maal gochuun qabaa yaa alehaa na gargaarii
Rabbiii sii haallafisuu
Maashaa allha rabbiin isiniraa haa jaalatu
Maasha Allah ❤❤❤❤ jabaadha
Masha allah jabadha jzkl
Dhageefatanii qofa hin deeminaa sheer lak godhaa dhafaati hordoftoota nuuralhudaa🙏
🫶♥️♥️♥️♥️
Arabic
Wls wr wb Rabbii nuu haa tiksuu inshaallah karaa Yahuudaa Irraa😢😢
Yaaa rabii kiyaa shekaa kanaa umrii isanii.nuf dheresii ❤❤❤ akasuma. Qopesitotaa nuralhudaa umrii.nuf.dheradha susii nuti tatani❤❤❤
Mashaa allaah rabbii umrii keessaan nuuf haa dheressuu inshaala ❤❤❤❤
Wallay hanga dhumaa isaa dhageeffadhee waan Hedduu irraa baradhee Jk itti nuufi fuufaa umrii nuu dheradhaa🙏🙏🙏🙏🙏💯
Mashaa Allah!!!
Mashaa Allah!!!
Mashaa Allah!!
Rabbiin jaasa isinif haa kafaluu
Barnoota gaariidhaa!!
Mashalla mashalla rabbiin umrii tessan nuf haa dheresuu ❤
Mashalaa dura keesaniif duuba keesan rabiin isiniif haa bareechu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wl Wr wb
Maasha allah qophesitota dhaddacha jaalala rabbin isinirra haa jallatu
Mee essumaan isin argachuu dandeenya
Amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiin
Maashaa Allaah Rabbiin umurii dheeraa Isiniif maati keessan hundaa haa keennu wallaah 🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
Mashalha tabarak allha galtomaa ❤
Masha Allah
Shukran ❤️🙏
❤❤❤❤❤wow nuural hudaa hedduu takka isin jaalanna waa isinirraa barachaa jirraa
Mashaallah mashaallah tabarakala rabbii sirani haa jalatu ishaallah tessumni tessani janata firdossii isini haa gamachisu ishaallah
❤ mashallah Tabarakallah wan Baredadha ❤❤😊
Mashaa allaah dhaddaacha jaalalaa umrii dheeraadha
mashallaa tabara kallaa rabbi isiniraa haa jalatuu ❤❤❤❤❤ jabadha ❤❤❤❤❤❤❤
Ws wr wb jazaa kallah wa kheyran
Mashaa allh
Sallallahuu aleyii wosallam mashallaa tabaraa kallaa rabbi isiniraa haa jalatuu❤❤❤❤❤❤❤
Jazakumulakeran rabbii ummrii issin ha dheresuu wara nuralhudaa
🎉🎉
Mkuynp
Maasha Allah rabbin isinirraa haa jallaatu waan bayyee isinirra baraacha jirra jaazan keessan jannataa haa tau😊😊❤❤❤
Mashalha mashalha jajabadhaa umrii isiin haaa dheresuu
Rabbii namaa ilmii baratuu nuu haa tasisuu❤
As wr wb ❤️ yaa NH ❤HEDUU ISSIIN JALAADHA
Wl wr wb ❤❤ mashaa Allah yaa Rabbii Shekha kenyaa umrii nuf dheressii
Rabbii isiniirraa hajalatuuu
Haha you voice like somaalia language allah akhabr from somalia🇸🇴
Mashallah umrii nufdheradhaa
Masha allaah rabbiin isin irraa haa jalattu jzk ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keessani
Waleykum sallaam waarahmattullaah waabarakattuuhu inshaaa Allaaaha Maaashaaaa Allaaaha Maaashaaaa Allaaaha
Assamu Alaykum Worahmatullaahi wobarakaatu Maasha Allah Hedduu Heddu namatti tola Dhaddachi Jaalalaa
Mashaa allh rabbi umri nu ha dheresu
Mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah rabbii isiniraa haa jaalatuu
Waan Bayyee ira Barannee
Mashaallh mashaallh ❤❤❤❤
Rabbiin isini haa jalatu
Mashallaah tabarakallah ♥️ ❤️ 💖
Mashalha dubii baredaa ❤
Sheikh keenyaa galatoomaa 🙏🙏🙏umrii nuuf dheeradhaa ❤❤
Maashaa allh jajjabadhaa umarii nuuf dheradha ❤❤
As wr wb gafiiin qaba garamin isin gafadha
Wl.wr.wb
Masha Allah Galatoma Jzk 🙏❤❤❤🎉🎉🎉
Masha Allah jazaa kallaahu keeyran
Maashaa allah wly namni dhugaan barnoota gad fageenyaan barate akkana rabbiin umrii isin haa dheereessu sheeka isinis hedduu galatooma qopheeysitoota nuural hudaa heddu na tole hukmiin sheekaa
Sallallahu aleyhi wosallami wa'alleykumsallam worahimatullahi wobarkatuhu
Maashaa allaaha ustaaza Jazaakumullahu keeyranii umrii nu dherradha beektotaa keenyaa barrakallahu fikkum Aaamiiin amiiiin aamiiiiin
Sellellaahu Aleeyh wassallam 🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️🏵️
Mashalaa tabarakalaa❤❤❤❤❤
As wr wb jzk jabaadha dalagaa teessan tana rabbiin isinirraa haajaallatuutii.
Masha Allah waan baay'ee isinirraa barannee jirraa
As wr wb rabii gadiisaa arshii jaltii walii nu argisiisuu ❤❤❤❤❤❤❤
Masha allaah Rabin isiniraa hajiratu
Maashaa allah
Maashaa Allah ❤❤❤❤
Masha allah Masha allah Masha allah Masha alla
Mashaa Allah ❤❤
Gafi qaba akamiti gafachu dadaya mee ndebisa pilis kometi barese gafachu dadaya❤
Maashaa Allah sagantaan teysan akkan nama gammachiiste Rabbiin keenya isinirraa haa jaallatu inshaa Allah
Waleeykuumii Salaam Waraahmaatullaah Wabarkaatuhuu
As wr br akamii jirtuu bayee garii ❤❤❤❤jabduu
Mashaa Allaah umrii nuf dheeradha waahedu barannee jzk❤❤❤❤
Maashaa Allah Rabbiin isiin irra haa jaalatu Inshaa Allah ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Lakkii beekamtii abbaa isaa qofaan erguu hin qabduu yaa obboleetti yeroon yeroo amaanaan dechii irraa fuudhamtedhaa of eeggannoo guddan woliin jiraachuu gaafataa
AS WR WB
Yaa Rabbii koo ati akka keenya hin laalini .
Ustaaza keenya Rabbiin umrii isin haa dheeressu akkasumas qopheessitoota Nuuralhudaallee rabbiin Umrii teeysan haa dheeressu
As wr wb akam jirtaani ❤❤❤
S w wr wb mashallah tabarah kallaha umrii nuff dheradha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤. Anu garu yadah Qaba esaran Akkah ibsatan hin beku mall 😊
❤❤Maashaa'allaah❤❤
As wr wb bukaarii Muhammad naan jedhan jiraataa naannoo harariiti yaa warra qopheessitoota nural hudaa baayyee tokkoon usin jaalladha galata keessan dachaa godhee rabbi isinii haakaffalu barnoota guddaa isinirraa argachaa jirraa haaluma kanaan itti nuu fufaa jazaa kumullaah
Masha allah Jzkl Rabbin Umrii Kessan Nuuf Haa Dheeressu❤❤❤🎉🎉🎉
Maasha aallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ماشاء الله❤❤❤❤
Mashaa allaah qophiin dhaaddachaa jaalala bayyee namaatti tola akkasumaas farhiyaa fi usmaan umrii nuuf bayyee isiin jalaannaa!!!!!!!!!!!!!
thanks a lot. waan gaarii nuuf himtaannif
Thank you , thank you very , very thank you
As wr wb qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Rabbiin Mindaa keessan jannatal firdawsiin isinii haa deebisu. Ani maqan kiyaa Q.T jedhamaa naman anii himachufi dhufee abaa manaa kiyaa abani manaa kiyaa bayee jaladhaa akasumaa heduu kabajaa anafi abani manaa kiyaa biyumaa arabaa kanaa kesatii wolii bare ergaa amataa 2 hasofnee bodaa wolin bultii ijarane Ergaa bultii ijaranee wojin jirachuu egalee amaa hogaa 3 genee Alhamdulillaah Abani manaa kiyaa kuni osoo anaa nikayaa hin hidhatin duraa hintalaa takaa wolin turee anii wanii kanaa iraa hin bekuu namotaa isatii dhiyatani yoni gafadhuu wanii gamut iraa hin dhagenyee ergaa nikayaa hidhanee hitalaa tanani wolii naa barsisee hintalii tuni natii dhiyachu egaltee anilee akumaa namaa toko itii dhiyadhee heriyaa ta,uu egalee ergaa hiriyaa tanee amataa 1 turee bodaa wanii anii hin yanee tokotuu naa mudatee hintalii inii wolii naa barsisee tunii hagaa amaa wolumanii jiranii akaa tasaa ta,e osomaa silkii laluu suraa jarii woli katee argee yeroo kanaa rifadhee wanii godhu dhabee alaa bayee boyee Yeroo kanaa abani manaa kiyaa dhufee Malii tatee nanii jedhee hoguu photo itii mudhisee heduu rifatee dhifamaa nii dogogoree nanii jedhee namaa kanaa dhisee demfii hedhuu jaladhaa wanii godhuu dhabee jirenyii natii dukanoftee Ok sii dhisee rabin sii haa dhisii jedheni Garuu hintalaa tanaa biratii hadharaa sii arguu hin fedhuu jedhenii ok jedhe wadaa naa galee ergaa amataa 1 tenee bodaa hintala tanaa garaa hidanuu Bilok jalaa base itii hasayaa hasayaa isii wolin hasayuu kanaa anii hin fenee dhisii hin hasayin jenanii nafii hin dhagayuu anii abaa manaa kiyaa kanaa amanuu hi dandenyi namni qalabin tiyaa dhisii jirenyumaa kanaa nanii jetii mee isin malii naa dhamtni kabajafii jalalani isin egadhaa 😢
Dhalaa amantee uftii dhiyyeessiin kaan boodaf Baroommsaa fudhuu amma bulti tee qalbii qulquuluu jiradhu bultii diguu irraa tamma qabanii sireefachuu woyaa kaanf obsii gara qulqulluu dhisiif
Akkas tanaan eega shakite wani ati godhu qabdu jiru ga numa dhiisi firraa.
Waniin an siif dhaamu yoo jaalate hin shakin yoo shakite hin jaalatin Akkasi dubiin