Dr Nafyad Getu .Heeduun sii Dinqiissifadha.By bayy,een sii Gaalattefadha.Akka nama Tokkoti Ani Dhuunfa kottin.Kaabaja fi Jaalala Guddas Akka ummata ORO Biira Qaabdu Abbdiin qaaba Nuuf jiiradhu Bara dheera 💯💯💯💯
Galatoomi dr abbaa cabsa keenyaa❣ Gaaffi takkan qaba maalif nama dhukkuba yeroo lagun nama dhufu??? ani guyya jalqaba inni na dhufu baay.ee baay.ee na dhukkuba😭😭 hojji takka hojjechus ta.e nyaadhe dhuguu hin danda.u.yoo nyaadhe na haqqisisa mee maali furmani isaa yaa dr keenya
Maaloo yaa dr biyyaa arban jira kaalee bayyee na dhukuuba mana yaalasi na gesitee madamin koo garuu hin fayyin bayyee na dhukkuba mee wantoonin manatti itti fayadamee fayuu danda'uu maaliidha
Dr baga nagana dhuufte nooruu adara rabbii maaloo qamma saallaa ko keessa wanata furda naa keessa ba,aa nafii ihmi maal gochuu qaba maana yalla deemu hin dada.ahu manati yaallamu naa dada.aha sii egga Dr adara
Dr Nafyaad ummaa sii Ummee jedhii gafii ko kan naf debisii Kalen tiyyaa Lachuu gara keessatii naa butamatii yero dhaabadhu dhabachuu hin dandayuu yero mana yala demuu rakinia Fincaanii qabda nan jedhani aksumaa hirdhinaa dhigaa qabda nan jedhani mee mal gochu dandayaa naf hima😭😭😭😭
Heduu galatooma d.ktr gorsa garidha Dr gafii qaba siin bira rabbif jecha na deebisa anii bishaan nan obasuu olee bulee gidiman hin dhuga male yoon dhugemo ficaan na tursisuu danda uu malii rakkonsa
Anayu bayyer na dhukkubdi yaa dr bishaan yoo hin dhugde dhabachuu na dhowitti. Dhugaadha yeroo qoora kana bayyee rakkisaadha dhuguf lubbun namaf hin futu.biyyaa arabaa jira waan ta'ef mana yaala dhaqufis bayyee rakkisaadha sanu bara kana saud arabiati rakkoo qabna.rabbuman nuf haa lafisuu
Akami nagaya jirta Dr wahe kale kanarti wan si gafachu fedhun qaba dhukubi mudhitin wal qabate kara qamaa salaa kara cidhani kana dhukubi fi ita yo qabatan akamiti yalamu dada
Mee namni akka koo Dr Nafi jaalatan leki nafi godha❤️
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
@@caffeemedia8291 mati nafi tii qali koo
@@maatiijaalala kottu wolif taana
E mati naaf tahi bareeduko
Ulfatinii normalii akkmiin bekamaa
Yaa Allhaa kalee namaa hin dhukubin kaa isnii dhukubee isnii haa fayyisu
Nuuf jiraadhu qoomo koo yaa qomaa koo❤
Waa heddu sirra barata jirra.
Rabbi umrii sii haa dheeressu
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚❤
Obsee qalii too matii naffa ta.ii mee
Pp
Duraa isin maati naaf ta'a ani tola Subscribe nama godhu
ruclips.net/video/VkR_41a56zk/видео.html
Dr Nafyad Getu .Heeduun sii Dinqiissifadha.By bayy,een sii Gaalattefadha.Akka nama Tokkoti Ani Dhuunfa kottin.Kaabaja fi Jaalala Guddas Akka ummata ORO Biira Qaabdu Abbdiin qaaba Nuuf jiiradhu Bara dheera 💯💯💯💯
Baay'ee bareedaa gorsii keessaan nuf jiraadhuu waggaa Kuma 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Doctor Nefayda ulfadhu masha'allaah jabadhu Barumsa bayee sira baracha jira
Mati naa ta.i mee maloo
Ashaa qalii too matii naffa ta.ii mee
Galatoomi dr abbaa cabsa keenyaa❣
Gaaffi takkan qaba maalif nama dhukkuba yeroo lagun nama dhufu??? ani guyya jalqaba inni na dhufu baay.ee baay.ee na dhukkuba😭😭 hojji takka hojjechus ta.e nyaadhe dhuguu hin danda.u.yoo nyaadhe na haqqisisa mee maali furmani isaa yaa dr keenya
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko 😍💚❤❤
😭😭😭😭 anisii akumaa kitii turee yaaboo
manaa yalademi
You are right Dr
Nuuf jiraadhaa Dr baay'ee bareedaa gorsii keessaan ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatoomii Dr
Dhukkuba kaleefi kaanserii baay'een sodaadhaa rabbii nuu haa baraaruu
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko 😍❤❤
Ok
Naaf jiraadhu Dr koo umurii dheeraa ebiifami❤
Maaloo yaa dr biyyaa arban jira kaalee bayyee na dhukuuba mana yaalasi na gesitee madamin koo garuu hin fayyin bayyee na dhukkuba mee wantoonin manatti itti fayadamee fayuu danda'uu maaliidha
Welcome back to us Dr,nafyad
Waaqayyoo Hubbannaa kana olii siif haa kennuu Dr keenya
Matii Naf Ta'i Sanyii Qalii
Nuf jiradhuu dhigaa wantaa bayee siraa baradheraa ebifamii yaa Dr kenyaa 🤙🤙🤙🤙
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
Dr nafi yadi bayye sii jalana nufi jabadhu
Thank you nuuf jiradhu Dok.
Well come dr nafyad good bless you
Galatoomii UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb ijjis bakkuma jirtuuti wal'ansaa beekan Eegumsaa
Dr Absuunii gurchii ciraacha kaalee ni baasa mee nuf himii hangaa biyyaa gaalee yaalamnutii itti fayyadaman Dr keenyaa
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
Gallatomii Dr nafyadi💞💞🙏
Natuu Duraa Lalee lakii Nafii Godhaa Oromoo To
ruclips.net/video/jH60Jizp2Ls/видео.html
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
Mati naaf tahi lubbu
Dr baga nagana dhuufte nooruu adara rabbii maaloo qamma saallaa ko keessa wanata furda naa keessa ba,aa nafii ihmi maal gochuu qaba maana yalla deemu hin dada.ahu manati yaallamu naa dada.aha sii egga Dr adara
Dr Nafyaad ummaa sii Ummee jedhii gafii ko kan naf debisii Kalen tiyyaa Lachuu gara keessatii naa butamatii yero dhaabadhu dhabachuu hin dandayuu yero mana yala demuu rakinia Fincaanii qabda nan jedhani aksumaa hirdhinaa dhigaa qabda nan jedhani mee mal gochu dandayaa naf hima😭😭😭😭
Well come Dr, barumsa gaarii, dhugaa ebbifami jabadhu🙏🙏🙏🙏
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko 💚❤❤
Mati naf ta'i sanyii
❤❤❤🥰❤❤🥰🥰❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉rabbii umrii siif haa dheresu
Thanks Dr keenyaa
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Anatu itin dua jira kuno ciracha kanani dhuga rabbi naman hin gahin 😭😭😭mana yalasi dame qoricha adda addaa fudhee garu na hin dhifneee
Dhuguma dhugaatii waaqayyoo goftaan sii yaa hebisuu hebiifamii dachadhaa dachadhaan Ani sii hebisuu cala waaqayyoo sii yaa hebisuu galatomaa nuuf jiradhuu dhugaa bayyee bayyee naa dhukkuba jirti gaaruu biyyaa ormaan jiraa mana yaala naa gechaaa jenani naa didaani garaa biyyaa koo naa gagessa jenani naa didaani waaqayyoo kadhadhuu qofaa maalee waatiin godhuu hin kontaarani kiyyaa waggaa tokko qofaan naa hafee 😢
Akkam isport wajjan Dr yoo wajjatan shamaraan qamin salaa isin badhata jedha ,worruma dhira haa wajjatu isport
Galatoomii doctor barnotaa heduu baradheee🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Rabbii jedhaa umataa na kadhaa wan itii amntaniin😢😢
Thank you so much doctor Nafyad👍👌
Nafi yadi atti nama bayye namafi yadu wani tatefi barnota kanke bayye itti gamadera
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🙏
Galatomii dr ko anillee itin qabameen turee bishaa bayee fi qorichaa isaa fudheen fayee galataa rabbii bishaan garibusii bayee bardaa itii fàyadaama worii baribadan
Thank you God blessed you Dr N. G
Mashalaa jabadhu dr kenyaa umri nudheradhuu
Galatomii Dr naf yad🙏
Heduu galatooma d.ktr gorsa garidha
Dr gafii qaba siin bira rabbif jecha na deebisa anii bishaan nan obasuu olee bulee gidiman hin dhuga male yoon dhugemo ficaan na tursisuu danda uu malii rakkonsa
Matii Naf Ta'i Qalii Nama
Nuuf jiraadhu Dr Nafyad kenyaa❤❤❤
Thank you docter
Thank you my doctor
Bayyee sii jalana Dr Nafiiyad
DrTaganuu ijaa beekii qaaliidha Agarsiiftuu Nageenyaa Agarii Tulluu ija yaada dhabin aswrwb yooyyaa yaannis waliin deemsis Beekumsii Eegumsaa Dr Naaf Yaad Geetuu Maalti si gammachiisaa
Dr baga nagahan dhufte
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️❤💚
Galatoomaa Dr kenyaa nuuf jiradhaa
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
DR. mee guraa irattis nuuf hojachuu dhukuba dudduu guraa
Baga nagaan dhufte doctor
Bayee Galatooma Dr kenyaa
Matii Naf Ta'i Sanyii Qalii
Humni Abbaa Barsiisaa/sun Abbaa/haadhatii biraadeemnee jechama Taaddee Birruu mandisni Abban dhageeffatu Eegumsaa Eegumsaa harkiis hawaasaa ija Especialisty fayyaan wal'ansaa M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Qalbiinis Eegumsaa gammaddii
Wel come dr nafyad
Thank you Dr
Bladder irritate jechun hoo malii
Midhaan issa hoo
Galatoomii hulfadhuu Dr
Tankyou dr
Dr kenya bayee galatomii dhuga
Dr anayuu mallattoo ATI Amma jetehundumaa na mudate nadhukkubaa jiraa
Doctor nafyad thank you 💕💕💕
Baay,ee galatoom dr keenna
Ebbifamaa Dr
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko 💚❤❤
Abba cabsaa keenyaa barsisaa gaarii 👌👍👌👍
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚❤😍
@@sanyiimedia575 sii taeraa
Nuf jiraadhuu Dr nafyadi
Qorichaa ittii yoo fayyadaminee nuu fayyisuu danda'anii jiruu
Dr ,N galatomi Anni pepsii bay'een dhugaa Amaa Amaa Fay'aa koti Kana bodaa garuu Waanti kale koo midhu irraan of Egaa❤️
M matii naaftahii haadhokoo
Galatomii nuufjiradhuu umuridhertuu jiradhuu💪💪💪💪💪
Thank you Dr
Maaloo Dr kalee ko bayyee na dhukkuba maal naaf wayaa mana yaala demeen kaleen ke nagaadha nan jedhani ani garuu biyya alaa jira maal naaf wayaa
Nagaan siif haa ta'u doctor. Akkam jirta nagaa fayyaa keetii?
Ani gaffiin qaba dhiifama waliin gaffiin koos barreeffama ykn baruumsa darbuu sammuutti qabaachuu danda'uuf maal gochuutu ta'aa mee waan beektu irraa waa xiqqoo naf qoodi eebbiifamii.
Dhugaa kessani galatoma doktoraa
Takka anaa hin dhugu
Baayyee galatomiii dr kenya kabajama jaalatama uuu❤️❤️❤️
gafi qaba dr dugdaako baye na dhukuba guyan huchu dhiqe fa baye na dhukuba dr mal godhu qaba
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️❤💚💚
Galatomi Dr kenyaa Qaali Namaa
Tenk you docter
Dr Anii Lapee Nahafana Afura Nabafachiisa Akkam jetta kanaratii
Anayu bayyer na dhukkubdi yaa dr bishaan yoo hin dhugde dhabachuu na dhowitti. Dhugaadha yeroo qoora kana bayyee rakkisaadha dhuguf lubbun namaf hin futu.biyyaa arabaa jira waan ta'ef mana yaala dhaqufis bayyee rakkisaadha sanu bara kana saud arabiati rakkoo qabna.rabbuman nuf haa lafisuu
Galtoomii Dr Nafi
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko 💚❤💚
Hedduu galatoomi qaalii keenya wly ani mallattoolee ciracha kalee san hundumaa ni qaba 😭😭
Anilee akkaa keetii wly malumaa nuf wayyaa lataa🥰😭😭😭😭😭😭😭
Anatu Kan jiraa yaa Dr Sogini yoo baayate maalee naati hin dhagahamu uùffff
Matii Naf Ta'i Qalii Nama
@@caffeemedia8291ok
@@myuae3401 Guddaa Galaatoomi Qalii
Dr. Gaaffin qabaa Gaaffin kootis forofori Rifeensa irraatii Akkamittin balleessuu dandaandeenyaa Naaf himii please baa'yee na Rakiseeraa
Welcome Dr Naafyaad
Well cam Dr keenaa
Matii Naf Ta'i Sanyii Qalii
Du,ayii na godhaa me na dhukubaa manaa yalaa dhaquu hin dandenee😢😭😭😭😭😭
Wowowowo wowowowo ebbifamii qaxaleekoo 💔💔
Galatoomi Dr keenya🙏🥰
Fanii Tadesse mati naa ta.i
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💝
ruclips.net/video/VkR_41a56zk/видео.html
MashaAllaah barnnoonni kee gariidha jabbaadhu!!🧡🧡🧡🧡💛💛💓💓
U matii naaftahii giiftikoo
Dr thanks
Thank you doctor
Thank you my Brother 💝💝✔️
R matii natahii qaali
Akkam jiruu dhukubni kaale kuun laaperti naama guuba dr
Ulfadha dr
Wowowo maashaallaa taabarkallaa
Doctor thanks you tell us in Oromo language 😄
Galtomi garu ni gafi qaba lakomsa ke erig
Thanks Doctor
Waraanaaf fi hawaasaa biraadeemnee Ogeeyyiin fayyaan fagaatee Eegumsaa yaadannuu ijaa
Dhugaakeetii obbooleessaakiyaa
Bagaa dhuftee kotuu
ruclips.net/video/jH60Jizp2Ls/видео.html
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
Sofu matii naaf tahiii
Welcome dr nafyad💚❤💚
Akami nagaya jirta Dr wahe kale kanarti wan si gafachu fedhun qaba dhukubi mudhitin wal qabate kara qamaa salaa kara cidhani kana dhukubi fi ita yo qabatan akamiti yalamu dada
Gallatomii Dr 🥰🥰🥰🥰🥰
Thanks❤
Dr dhukkuba busaa na qabe Mana yaala deeme na dhiisu dide