MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 15 дек 2024

Комментарии • 1,2 тыс.

  • @lidiyaderesseofficial5167
    @lidiyaderesseofficial5167  10 месяцев назад +124

    #MIRKANEEFFADHEERA 👉 #lyrics
    Mirkaneeffadheera
    Anoo jalala kee tasa hin shakku
    Nan ganne nan hin gattu
    Ato hin jijjiramtuu
    tasa hin shakku hin jedhu bubbultee na gattalaa
    Jalalike hin geeddaramu hin laalu haala
    Tasa hin shakkuu dadhabiinkoo narraa sin fageessuu
    Na marseera Araarikee cichee na jabeessuu
    Sinabate naani jaalala dhugani
    Sinaqabe naani jalala gudani
    >>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>
    Jaalataa jechuun sidha yesuuskoo
    Kan Turee hin jijjiiramne bakkaanii
    kee Dubbiin lamee hin qabdu takkaani
    Isa Afaan irraa mitii kukkuula
    lakkii innoo hin xumuramne jechaanii
    waan jaalalaa argisiifte ati gochaani
    Najaalate namararfateeta bara baraa ni
    Najaalate jalala jabaan isa dhuma hinqabnee ni
    Najaalate na qanansiffatte akka ilmo qanani
    Najalate kankee na gooteetta kakuu cimaani
    Eee bara bara barabarraani eeee ×4
    >>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>
    Safuudha kan ke
    Baay'ina urjiilee caalaa ararike
    Safaruf dangansa hin tilmaamamu kee
    Gadfageenyi galaana yoom simorkate
    Jireenya koo ta'ee na dhuunfatee
    Sinabate naani jalala dhugani
    Sinaqabe naani jalala gudani
    Eee bara bara barabarraani eeee ×4

  • @derejepaulos3888
    @derejepaulos3888 8 месяцев назад +3

    Gooftaan si haa Eebbisu Lidoo

  • @yalewTigstu-um2cc
    @yalewTigstu-um2cc 8 месяцев назад +3

    Ebifami ❤❤❤❤❤

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 11 месяцев назад +107

    Farfanaa liduu anatu duraa agefatee like naf godhaa pls❤❤❤🎉

  • @danielkifle3622
    @danielkifle3622 8 месяцев назад +4

    You are blessing for us dear, God bless you more. baayyen itti eebbifame.

  • @GgGg-u2q5i
    @GgGg-u2q5i 11 месяцев назад +4

    Ameen ebbifami dacha

  • @gedatolera891
    @gedatolera891 11 месяцев назад +48

    HoErg. 16:40....akkuma dubbatu ati akkuma LIIDIYAA ishee phaawuloos fi Silaas manasheetti dubbii jabaa dubbataniiti! Sagalee kiiloleen faarfannaa haaraa Gooftichaaf! Waaqayyo baayyee si ha eebbisu! Jabaadhu, dabalii kan biraa fidi!

    • @shopshopt6701
      @shopshopt6701 11 месяцев назад

      Wllecome🙏🙏🙏🙏😘🙏🙏🙏💯💯💯👍👍👍👍👍👍👍🙋‍♀️

    • @berhanumesele6641
      @berhanumesele6641 11 месяцев назад

      😊😊

  • @amanuelzarihun226
    @amanuelzarihun226 11 месяцев назад +6

    Maal faarsaan akkas hafuura namaa eebbisu! Sagaltamii sagal dhaggeeffadheen quufuu dadhabe

  • @lalisad30
    @lalisad30 11 месяцев назад +9

    Na jaallattee na qanansiifatte akka ilmoo qananii...❤
    Eebbifami

  • @preciousmorningstar
    @preciousmorningstar 11 месяцев назад +42

    Tasan shakku hin jedhu na gattaalaa 1:13
    Jaalallli Kee hin geeddaramu hin Ilaalu haalaa 1:17
    What a song ! 🔥
    What a word ! 🤍
    What a melody ! 🖤
    What a location! 💜
    What a traditional clothes! 💛
    What a beauty 🥰
    May his Grace be abundant on you again Lidu !
    Baga kan Kiristoos taate, kan keenyas taate ! 😊
    It's known that there are many efforts behind it, may all those who gave you their right hand stay blessed!
    Bareeddu! ❤

  • @KababaMekonen
    @KababaMekonen 11 месяцев назад

    waaqayyoo guddaa si eebisuu eebifamii!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Faarfannaan kee baay'een jaaladha!!

  • @AffectionateGoldenRetrie-fe6jn
    @AffectionateGoldenRetrie-fe6jn 11 месяцев назад +6

    Waaqayyoon sihaa ebbisu. Kana caalatti, si agargaaru. Garuu, vocal yaadoo askeessa hinjiru.

  • @tsehaybimer3791
    @tsehaybimer3791 10 месяцев назад +2

    ❤ሊዳዬ ምነውእሮ ብቻ ሆን መዝመርሽ አንደ አንድም እንደ በፍታሽ በአማርኛ ስራ እንጅ ዝራኘ አታሆኝ ዝማረሽ ባጣም ነው እምባርክው ተባረክ

  • @oleralemi2222
    @oleralemi2222 11 месяцев назад +8

    Si nabaate naani, jaalala dhugaani🙏
    Ayyaanni Siif Haa Baay'atu Liiduu❣️

  • @MahletMicheal
    @MahletMicheal 11 месяцев назад

    Waaqayyo si haa eebbisu Liduu koo Faarfannaa eerga qabu bifa bareedan hojjetameedha

  • @Bekdigitalchannel377
    @Bekdigitalchannel377 11 месяцев назад +9

    Lidiya Deresse's new Afan Oromo gospel song, "Mirkaneeffadheera 2024," has completely captured my heart. The lyrics, "Si nabaate naani, jaalala dhugaani," resonate deep within me. I find myself unable to resist the enchanting melody and Lidiya's mesmerizing voice. The video quality is impeccable, further enhancing the beauty of this amazing Ethiopian Afan Oromo gospel song. I've been listening to it impossible for me to stop listening. Today alone, I've played it more than ten times, and still, I crave more. on repeat all day, and I can't get enough. Lidiya Deresse, may your journey be filled with abundant blessings as you continue to touch lives with your divine gift. You are truly an inspiration. may your path be showered with endless blessings as you use your divine gift to inspire and uplift others. Your talent is truly remarkable. 🎶🙏🌟

  • @dinkisahirpa8017
    @dinkisahirpa8017 11 месяцев назад +12

    I can't stop listening this grace song from djibut
    Be blassed ❤

  • @Misgeregasa
    @Misgeregasa 11 месяцев назад

    Gaariidha warii gooftaf hojeetan gatii dadhabii isanii ni fudhatuu guyyaa dhumaa jabadhuu lidiyaa waqqayyo si haa ebiisuu.

  • @TigistuLamesa
    @TigistuLamesa 11 месяцев назад +6

    I'm from south africa. This is amazing songs. I'm blessed

  • @እግዚአብሔርፍቅርነው-ዀ3ቘ
    @እግዚአብሔርፍቅርነው-ዀ3ቘ 8 месяцев назад +1

    አሜንንንንንን😭😭

  • @oleraregasa4806
    @oleraregasa4806 11 месяцев назад +7

    "I confirmed your love, God" wow great job Lidu!

  • @samsonadisuofficialtube
    @samsonadisuofficialtube 11 месяцев назад

    Waaqayyo Gooftaan sihaa eebbisu! ammas ayyaana baayee qabaadhu!

  • @Qabsoomagarsaa5
    @Qabsoomagarsaa5 11 месяцев назад +4

    The best song that I have ever enjoyed.
    Stay blessed #Lido.

  • @solomonasfaw1
    @solomonasfaw1 8 месяцев назад +2

    safuudha kan kee heee baayina hojii kee caala araari kee....God bless you singer lido!

  • @yadetagutema7234
    @yadetagutema7234 11 месяцев назад +8

    It is just incredible ♥️
    May Almighty God Bless you for your contribution and for building up God's eternal economy.

  • @asfawubantii4165
    @asfawubantii4165 11 месяцев назад

    ebbiifami waaqayyoo keennaa kana ittisif haadabalu

  • @DesalegnDango
    @DesalegnDango 11 месяцев назад +4

    I blessed so much, thank you. May God bless you.

  • @kebedechalla7277
    @kebedechalla7277 11 месяцев назад

    Hojii hedduu bareedu hajjate Liduu eebbifami. Hindi keessanuu eebbifaamaa.

  • @ayantudebela3504
    @ayantudebela3504 11 месяцев назад +5

    WoW!!! what a nice song! Dear Sis MY GOD BLESS YOU MORE AND MORE!

  • @FiromsaWako-df5uw
    @FiromsaWako-df5uw 11 месяцев назад

    Sittaan hima hojii gaarii hojjettee jedhee, sijajuuf miti! Ragada Aada shawaa keessa dhokattanii! Miira namaa harkisuu dandeessu malee, kun hojii Uumaa Uumama maraa sana garaa ciibsu miti!

  • @bonatube3523
    @bonatube3523 11 месяцев назад +7

    Wow it's amazing gospel song 💝
    Has great messages...
    Good quality of camera and caption area..
    And those ft are very good and attractive voices.. God bless you 🙏

  • @SuperJimad
    @SuperJimad 11 месяцев назад

    Faarfanna bareedafi onnee namaa Gara gooftatti olkaasudha. Ebbifami. Jabaadhaa!

  • @MerkebeLemu-bj3je
    @MerkebeLemu-bj3je 11 месяцев назад +3

    Wow!Amezing Song!!!God bless you Lidu!!!

  • @fayerashuneofficialyoutube5311
    @fayerashuneofficialyoutube5311 9 месяцев назад +1

    Liidoko dhugaa dubbachuuf taanaan ji'a lama dura faarsaan kun upload ta'ee daqiiqaa muraasa keessattin ilaaluu jalqabe, garuu dhugaa dubbachuuf hanga har'aatti haaraadhuma godheen dhaggeeffadha. sagaleen waaqayyo guyyaa hundumaa haaraa ta'uusaa an faarsaa kanarraan mirkaneeffadheem uuuufffffff🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @buzeetube2
    @buzeetube2 11 месяцев назад +4

    Wow Ameeen Ayyanni dachaan siif haa baayatu Lidoo ❤❤Mucaa dibataa 👌👌💪💪

  • @AsaaAdsaa
    @AsaaAdsaa 11 месяцев назад

    Lidduuuuu waaqqaayyoo siinnii haaebbiiissuuu haaleelluuyyaaaa ammeennii ebbiiffaammaa maaqqaayesus my friend ❤❤❤❤❤❤

  • @qannoohundeessaa
    @qannoohundeessaa 11 месяцев назад +7

    Just wow!
    God bless you Liido!
    Faarfannichis hojiin videos outstanding!❤❤❤

    • @tolasajacob2841
      @tolasajacob2841 11 месяцев назад +1

      God bless you Lido

    • @RihabGhrz
      @RihabGhrz 9 месяцев назад +1

      Ufee waqumtii waqaaraa saa ebbisuu bareedduukoo

  • @hsishisieh897
    @hsishisieh897 8 месяцев назад +3

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ ebbbbifamiii hafiii bara hamma bara baratii Lideeyee

  • @biritubule6905
    @biritubule6905 8 месяцев назад +2

    Liiduu: Eebbifami!!!!

  • @Yooyyaa311
    @Yooyyaa311 11 месяцев назад +8

    Sinnaqabe Naan Jaalala Dhugaan🙏🙏
    Eebbifam Liduu❤❤

  • @sararazxxxc9418
    @sararazxxxc9418 8 месяцев назад +1

    Ameen ameen ebifama dachaa sabaa goofta

  • @arjummaatube2940
    @arjummaatube2940 11 месяцев назад +4

    What amazing song Lidu!!!! God bless you

  • @joobiratube
    @joobiratube 11 месяцев назад

    Ajaa'iba aboo eebbifami!

  • @korsamulatu8339
    @korsamulatu8339 10 месяцев назад +3

    amazing gospel song! god bless you

    • @eevankoti
      @eevankoti 9 месяцев назад

      ruclips.net/video/bM-Wfl-LzQ8/видео.html

  • @dajantube2799
    @dajantube2799 11 месяцев назад

    Waaqayyoo Dachaan sihaa eebbisu!

  • @Bekdigitalchannel377
    @Bekdigitalchannel377 11 месяцев назад +3

    Lidiya Deresse, a gifted gospel singer, shines brightly with your divine melodies, captivating hearts with your soul-stirring performances. Mirkaneeffadheera 2024, may your gospel sing continue to inspire and uplift souls, spreading God's love and grace throughout the world. my GOD BLESS YOU ABUNDANTLY.🥰🥰

  • @Chalilemi
    @Chalilemi 11 месяцев назад +1

    Wow wow wow !!! Nuuf eebbifami lidu koo siif haa baay'atu baay'een immoo si jaalladha!

  • @amdemichaelleta6211
    @amdemichaelleta6211 11 месяцев назад +6

    What a wonderful gospel song! stay blessed

  • @BontuHaile-m1q
    @BontuHaile-m1q 11 месяцев назад

    Ayyaanisaa simboosaa sirra jiraa sirratti haa haafuu

  • @GedafaYadeta
    @GedafaYadeta 11 месяцев назад +4

    Eebbifami farfannaa nama eebbisudha❤❤

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 9 месяцев назад +2

    Waw what an amazing experience Oromoo koo Anaafis maatii naaf ta'a Eebbifamaa

  • @KololeSafisa
    @KololeSafisa 10 месяцев назад +4

    eebbifami si jaallanna🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @TarikuBula
    @TarikuBula 11 месяцев назад +2

    Ufff Ebbifamii Jalaalii kirstos Amma lubbuu kennutti akkaumsatti jalaalasa isaa humma hin qabne kan. Nu jallatee ..Amen❤❤❤❤

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 8 месяцев назад +6

    Sagalee bareedduu kiilolee kanaan Gooftaa faarsuun eebbifamuudha. Eebbifami haadhoo koo.

  • @NagesaAbera
    @NagesaAbera 11 месяцев назад

    Lidu waaqayyoo bara kee yaa eebbisuu jabduu keenyaa

  • @olifiromyadesa5986
    @olifiromyadesa5986 11 месяцев назад +10

    Your good work deserves the heartiest appreciation. Keep it up and congratulations on a job well done!
    It's motivating when motivation is needed most❤
    It makes us feel understood and comforted during hard times😊
    May God takes the honor, the praise, and the worship that his reputation 🫴

  • @GamachuMosisa-d9g
    @GamachuMosisa-d9g 11 месяцев назад

    Lido Waaqayyo isa ayyaana isaa safara malee sirratti dhangalaase baay'iseen galateeffadha!

  • @DeboraFikiru
    @DeboraFikiru 11 месяцев назад +6

    God bless you 🙏🙏

  • @zebeneyirga221
    @zebeneyirga221 8 месяцев назад +1

    wow powerful mezmur God bless you❤❤

  • @tarreemedia
    @tarreemedia 11 месяцев назад +6

    waaqayyoo dacha si eebbisu Liduu akkasumas namoonni garee kana keessa jirtan marti keessanu.
    hundaan ol immoo inni isin gargaare maqaan waaqayyoo haa eebbifamu.
    erga kana share gochun dhaloota danu biran haa geenyun erga kooti.

  • @desalegnbedada8019
    @desalegnbedada8019 11 месяцев назад

    Lidoo! Waaqayyoo si haa Eebbisu!

  • @berhanufeyissa8490
    @berhanufeyissa8490 11 месяцев назад +3

    Amazing gospel song, stay blessed ❤🥰🥰🥰

  • @TinsaeJembere
    @TinsaeJembere 11 месяцев назад +2

    Eebbifami giiftiikoo baayyee itti eebbifameera ayyaanasaa dachaa siif haa baayisu Gooftaan🥰🥰

  • @sebonahirko6654
    @sebonahirko6654 11 месяцев назад +3

    Wow Amazing

  • @kebronmihretu
    @kebronmihretu 10 месяцев назад +1

    መስማት ማቆም አልቻልኩም ገና እንዳየውት የወደድኩት ሁሉም ነገር ውበትም ለዛም አለው ምንም ቋንቋው ባይገኝም love it

  • @jinenusgeleta7310
    @jinenusgeleta7310 11 месяцев назад +3

    Amazing song, bless you!

  • @Beekaalammii
    @Beekaalammii 11 месяцев назад

    Wow eebbifami. Dhugaadha farfanna kun hedduu miidhaga share godhaafi.

  • @gamachutamasgen3068
    @gamachutamasgen3068 11 месяцев назад

    wow! waaqayyo si haa eebbisu

  • @Yor3711
    @Yor3711 10 месяцев назад +4

    God bless you My dear sister ❤️!
    Anyone who can translate the lyrics into English / Amharic/Tigrinya , Thank you fam!

  • @nettyambaye9026
    @nettyambaye9026 11 месяцев назад

    Eebbifami!, Ammayyuu darbii Faarfadhu Bareedduu keenya!! Waaqayyoo Dachaan jabeesse sii haa dhaabuu!!

  • @dawaentertainment1
    @dawaentertainment1 10 месяцев назад +2

    I’m from Guji ❤ i love it the song God bless you and

    • @DabeleLamu-xt3kr
      @DabeleLamu-xt3kr 10 месяцев назад

      It is good bro I love guji in which city you live am from shakkiso

  • @MtSb-u7m
    @MtSb-u7m 11 месяцев назад

    Waaqayyoo si haa Eebbisuu lidu !

  • @DareeTamru-wd7xj
    @DareeTamru-wd7xj 11 месяцев назад +5

    God bless you

  • @TasheZeryhun
    @TasheZeryhun 11 месяцев назад

    Lidiya derese goftan sii haa eebbisi dabale dabale

  • @Sami-pl3um
    @Sami-pl3um 11 месяцев назад +6

    Wow

  • @ChuchaDereje
    @ChuchaDereje 11 месяцев назад +1

    Baay'ee bareeda afuura namaas nii dammaqsa .Ammallee jabaadhu jajjabadhuu fuuldurrikee ifa Liduu!

  • @robaermiasofficial732
    @robaermiasofficial732 11 месяцев назад +4

    God bless you lidu 😍😍😍

  • @ebasmart
    @ebasmart 11 месяцев назад

    liduu keenyaa nama hafuuraa baayye eebbifami

  • @GetuTeshome-v3x
    @GetuTeshome-v3x 11 месяцев назад +10

    God bless you Liduye ❤❤❤❤

  • @muhammadal-hashimi2487
    @muhammadal-hashimi2487 5 месяцев назад +1

    Listening right now, 5 July 2024, to Miss Lidiya in my home in Maryland, USA. What a beautiful voice this young lady has! Wa alaikum as-salaam wa rahmahtullahi wa barakatu.

  • @Sifanbiru530
    @Sifanbiru530 11 месяцев назад +3

    What a Graceful you’re! You never disappoint us jabduukoo, May God bless you abundantly💯 darbii farfaadhu.

  • @feyosamuel
    @feyosamuel 11 месяцев назад

    Farfannaa bayyee namatti toluudha dhugaa dubbachuuf tanan inni guddaan waqayyoo ittiin waqeeffamudha hata'uu iyyuu malee ayyaana waqayyoo nama irraa ka'ee itti hojeechuun danda'uun inni iyyuu eebbaa tokkoodha. Kanaafu akka dhunfaa kootii bayyeen itti eebbifamee. waqayyoo ayyanna isaa si irratti haa bayisuuu, waqayyoo bara kee hundumaa manaa isaa keessaa si hin dhabbiin

  • @telilatadesse1438
    @telilatadesse1438 11 месяцев назад +4

    ❤❤ wow

  • @KingPhone-oo9sq
    @KingPhone-oo9sq 8 месяцев назад +1

    Waqayoo sii ha ebiisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tammeekebede812
    @tammeekebede812 11 месяцев назад +3

    🎉🎉 woow

    • @laboobaamedia
      @laboobaamedia 11 месяцев назад

      Biroko youtbeko sabiscirabi naaf godhime

  • @mimibitar2614
    @mimibitar2614 11 месяцев назад +1

    Wow wow baa'yee ittin ebbifameera waaqayyo goftaani sii haa ebbisuu ammas kan biraa akka fiduu abdii gudda waaqayyon biraa qabba lidu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @berhaneicell8870
    @berhaneicell8870 11 месяцев назад

    Ebbifamii dhageefatamee hin qufamuu simboo qabeetikooo

  • @LetaLamessa
    @LetaLamessa 5 месяцев назад +3

    It's very good

  • @desalegnwaktola431
    @desalegnwaktola431 11 месяцев назад

    Eebbifamtuu Koo ammas dachaa si haa eebbisuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @abboneshtakkala689
    @abboneshtakkala689 11 месяцев назад +4

    Ebbifamii liduu❤❤❤

  • @MesfinTasew-dq6ri
    @MesfinTasew-dq6ri 8 месяцев назад +1

    Baayyee bareedaadha, ulfinni waaqayyoo caalmaatti akka mullatuuf jehoonni Yesuus Yesuus jedhu utuu bakka baayyeetti galee gaariidha

  • @mootiiweegee4764
    @mootiiweegee4764 9 месяцев назад +3

    I am from waqefata religion but i was crazy with this gospel wooow keep it up sis.. Woow

    • @eevankoti
      @eevankoti 9 месяцев назад

      ruclips.net/video/bM-Wfl-LzQ8/видео.html

  • @Beti-yt3ug
    @Beti-yt3ug 11 месяцев назад +2

    Liduye egziabher yibarksh zemensh yibarek

  • @chaltuchaltu2291
    @chaltuchaltu2291 8 месяцев назад +5

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉😊😊

    • @KisiChemeda
      @KisiChemeda Месяц назад

      😅🎉❤😅gaariidha

  • @MatarMatar-v7p
    @MatarMatar-v7p 10 месяцев назад +1

    Wow lidiyaa ufaanan saniyu anan naati tolee dhuga waqayyoo baraf jireenya kee haa ebiissu❤

  • @BontuLove-eh6rt
    @BontuLove-eh6rt 5 месяцев назад +2

    Ebbifamii simbo qabeeti Koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mosisahurisa6349
    @mosisahurisa6349 9 месяцев назад +1

    Wow it is amazing Gospel song! God bless you & your services.

  • @Jaarsoo.Nageessa.BarisooNaa
    @Jaarsoo.Nageessa.BarisooNaa 8 месяцев назад +4

    Ebbaa lafa tana argaaterta Mukaa jireenya yesus kiristoos irraa nyaadhuu muldhaata 22%1-5

    • @1996cabres
      @1996cabres Месяц назад

      Na jalatee na qanan sifatee akka ilmoo qananii ebifamii liduu koo

  • @metigedefa9
    @metigedefa9 11 месяцев назад +1

    ፈጣሪ ይባርክሽ

  • @hababaayealamaayyoo
    @hababaayealamaayyoo 11 месяцев назад +4

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉