Jalali kuni waan nama hin gone hin qabu uuuuuuuf Abshir homa moti rabbin fayyaa yoo si kene dalagatee e argachu dandeta isaa amoo jirenya akkami akkaa jiratu isumatu beka rabbi ketiti irakadhu rabbin haqa kee irraa si kafala hin turaa male namani haqa nama nyatu esayu hin gayyu Abshir homa miti jiruun duniya akanuma isatu si dhabe malee ati isaa hin dhabane akan beki woyii ilma nama maa gara jabata garuu😥💔
Homa hin yadinii hin darba wontii hin darbine hin jiru anis akkuma kee kana waniin woggaa 10 biyyaa namatti gubadhe argadhe Abba mana kiyyaa wol dhabe nakayane jenan dhise kuno amma jirachan jira wonti dhabe hin jiru Alhandullilah namni sii midhe hinuma midha isumatu gabe dhifama nagaffacha jira male an takka wonti gabe hin jiru yoo jirate umrii kiyaa isa wojii gubu kiyaatu bay'ee natti dhagama male wonti bira hin jiru gonkuma
Baay'ee nama gadisisa uuuuuuf maloo sistuko kana hundaa nama Amanu ketu si Midhe hadhaa si desee Calaa amatee uuuuuuf 😭😭😭😭😭😭hundafuu Obsa sif haa kenu isafis hoji Isa haa keennu
Dhifama naf godhii garu obbolleti tiyya ati gowwadha moo waggaa torbaa guutu osoo maatin kee hin bekkin ykn osoo nikaha hin godhatin akkamitti waan hundaa itti of gata garuu??? Kan darbee darbe jiraa rabbiin fayyaa siif haa kennu hin dalagata amma achu garuu haadha tee san dhifama gaafadhu garaa haadha nama desse yoo namati rifatte gaarii siif hin tahu ok rabbiin daayfa kee irraa siif haa kafalu isas abshiir sister too 😭😭😭
Uuuuufff wolhii imiman qabachuu dadhabee mal adara yaa shamaran biyya arbaa jirtanu nuti firas tae jalales taee kan malaqaf nu barbadu male kan jalalaf nu barbadu tolkoee hin jiruu adara kesan ofeganon jalala kesan gagesa 😭😭😭😭😭😭😭😭🙏
Ani leen jaaladheen dhaabe saababa maati kiyaa tif ani gaaruu haamaf jirenyaa goodhadheen jiraa haata,uu male aba maana kiyaa hin jaalane yeroo huunda jalale kiyaan yaadadha 😢😢😢😢
Kun Chaanalii Lammaffaa Oromia 24
Subscribe Like fi Share Gochuun Na Deeggara.
ruclips.net/video/zUzD_2wQA2Y/видео.html
Tolee
Uu
WEl CAME oromia 24 ❤️💚❤️ barumsaa baayee siraa barachaa jira jabadhu 👍garuu senaan ishee kun namaa haa gadisisu malee Kan hadhaa caluu hin jiru Malif harmee isheti garaa jabate. Harmee warii qabdan umurii dherraa isin haa kenuuf Kan hin qabne obsaa haa kenuuf, Alagaa firaa isin haa godhu Waraa harmee hin qabne. Harmee too biftuu jirenyaa koo❤️💔.
Amiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiin💔💔❣️❣️
❤️🧡💛
😢😢😢
Subahan Allah sila maafi ilmaa dhiira amante isayu kan maatiin kee hin beyne rajiidha
Uuuuuuufiiiiiii 😭😭😭 abishiri oboleeti koo birri Homa miti amasi dalagdee nii fidaa samuu kee ofii hin jeeqini birri tasgabayii birri ni dhufiti garuu lubbuu nama hin debituu waan ta,eef ofii jajabeessi jabadhuu rabbii sii haa eguu
Jalali kuni waan nama hin gone hin qabu uuuuuuuf Abshir homa moti rabbin fayyaa yoo si kene dalagatee e argachu dandeta isaa amoo jirenya akkami akkaa jiratu isumatu beka rabbi ketiti irakadhu rabbin haqa kee irraa si kafala hin turaa male namani haqa nama nyatu esayu hin gayyu Abshir homa miti jiruun duniya akanuma isatu si dhabe malee ati isaa hin dhabane akan beki woyii ilma nama maa gara jabata garuu😥💔
Uuf
😭😭😭😭😭😭😭😭😭waqaayyoo ni debisaf atiyu ni argita obboleti ko abshir waqaayyoo sii haa jabesu humna sif haa kennu 😭😭😭😭😭😭
ruclips.net/video/0qvMfVnJfjw/видео.html
Bayye nama gadisisa Gammee galtomi dhamsa kan nuf dubisu ketin rabbi obsa sif ha kenu obboleti kiya
Uuuuuuf gaaraa namaa nyataa gaaruu naamnii hadhatii caalee yoomuu hin milkaahuu kaanafuu maatii kessaan hin gaaniinaa buukee jaraa dhabadhaa
😭😭😭😭😭😭😭
Rabbin haqake sif habasu dafqake nyate bultinsa abiddaf cidi itti ha ta,u abshir😭😭😭😭😭😭yarabbi sitti ha mullatu atis maf hadhakef birri ergufi didde😭😭😭😭
Wel come gamachisi keenaa 😍😍
Aboo raabi sii haa laafisuu inshaallah obolleti koo yaa shamaraan teena qalbii godhaa yeroo baaye maalif gumnaa 😭😭😭😭😭😭☝️
Yaa dhirootta malloo rabbii isiin umee soddadha.imimmani ishii borruu akkaa sii balleesuu bekkii akkaa sii midhu bekkii rabbii irraa dhalttannii soddadha.kun ajaibbaa warraa dhirraa.......
Hayii cara dubaraa jalalaa waani jedhamu kuni sumi dhalaaa biyyaa arabati😰😰😰😔😔😔🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Namani sennaa akkaa anaa qabuu hin jiruu- Silaa!
Anaa sammuu koo yeroo xiqqoo bay'eee namaa midhamee!
Sababanii- issaa Abboon koo harmee- tiyyaaa yeroo bay-ee tummuuf- caqaacaaquu- qofaa ossoo hin tannee manaa ar'aa Manaa firaaa isheee kaa jiraatuu argaa guddadhee- hangaa biyyaa jiruu jireenyaa gamachuu jiraadhee hin bekkuuu!
Biyyaaa ormaatiis- jireenyii bay'eee ulfataaa
Garuu manaa abboo koo irraa manaa arbaaa naaa wayyaa!😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dafqikee isaa in boqochisin ammalee nagaa isaa dhorkuu qabenyyikee 😭😭
Jaalalli karaa rabbiitiin alatti jaalala jedhanii olii gadi oofuun rabbiin namatti dallansiisa
Uuuuuuufffff dhugaa waan heddu nama gadisisudha Rabbi hojii isaa isaafi haakafaluu obboleyan keenyaa Rabbi dhiraa hama akkanara nuhaa bararu
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Subahan Allah heduu nama gadisisa garuu yoo obboleti koo heduu dogogoratee mati kee akkanti lafatii gateee jalalae kee Amanu siraa hin turee hudafu nufi barumasa gudaa nafi tee sifi rabbi jajabin sifi haa kenu homa miti guyyaa boruu rabbi birati siifi debi kan haqaa kee nyatee
Bayy'ee nama gadiisisaa waaqayyoo sammuu kee sii haa eguu Obboolettii koo😭😭😭😭
Martii... kotuu matii naaf ta'ii bareedukoo
@@biqiltuusaanyiihacee758 attiis kottuu mana koo Anii dhufeen jira.🌷
Martii anilee siif dhufeeraa galtomii
Uuuuuu maloo maf sitii faradee maloo waqayoo jajibinaa sif Yaa kenuu
Omg baayyee nama gaddiisisa ani dhaabadhen hafa malee dhiira hin amanu kalassss
ruclips.net/video/0qvMfVnJfjw/видео.html
ruclips.net/video/8kQu2Uyj0QQ/видео.html
Daree kotuu matii naaf ta'ii bareedukoo
Dhugaa jetee waqaa anis akasumaa😭😭😭
❤❤🎉
Uuf cara dubartii tana mali aguma dhiratu nama jibisisa 😢😢😢🤦♀️🤦♀️
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa bayyee garaa nama nyataa homaa mitii egaa waqayyoo obsaa fi jajabiinaa siif haa keenuu.obboleetiinkoo.hunddumaa isaa wan tateesii wanii siif ta'ees waqayyoofii dhiisii gurbamaa amaa sii nyatee kanatuu guyyaa isaa egatee dhiifamaa sii gafataa.sababnii isaa namnii wan nama nyatee ollee bullee hinumaa kafalaa kana mo nu ossoo tanee waqayyoo ijjaa ni basaa.jabadhuu obsii Ergaa dubartootaa kenyaaf kessumaa waraa biyyaa arabaa jiiruu kunii biriin akkamiitii akkaa dhuftuu nutuu bekkaa dhiraa ossoo hamanii jalatanii qabenyaa kessaanii irraa qusadhaa.jalalaii qixadhaa.kanafuu gafaa walitii dabalamnuu 0 irraa haa kanuu..kunoo ilala ossoo siin jaladhaa sii du'aa jedhuu jireenyaa kenyaa boruuf ossoo jedhuu dugdaa ittii naneefatee.barnootaa nuuf haa ta'uu.ossoo jenuu biriin hin dhuftiis hin dhumtiisii.nama biriitii amanuu nuraa haa qabuu
Rabbi haqa kee siif haa baasu abdii hin murati rabbi guyyaafi satii fedhitti si badhaasuu dandaha rabbumatti himadhu inni siif haa kafalu
Uuuuuuffffffff baayy'ee nama gadisisaa dhugaa dhirrii tokko tokkoo amanttii hin qabuu raabbii hin soddattuu.hommaa mittii attii rabbii obsa sifii akkenu borruu hojjeette argatta dhisii. Inii immoo borru sii callaa akka midhamu bekkii.
Homa hin yadinii hin darba wontii hin darbine hin jiru anis akkuma kee kana waniin woggaa 10 biyyaa namatti gubadhe argadhe Abba mana kiyyaa wol dhabe nakayane jenan dhise kuno amma jirachan jira wonti dhabe hin jiru Alhandullilah namni sii midhe hinuma midha isumatu gabe dhifama nagaffacha jira male an takka wonti gabe hin jiru yoo jirate umrii kiyaa isa wojii gubu kiyaatu bay'ee natti dhagama male wonti bira hin jiru gonkuma
Abshirii sistuuyee koo namnii kamu waan faccasse hamata obsii rabbiin obsa sif haa kennu
Uuuffff waqayoon jajabbinaa siifii Yaa kennuu obbolettii koo siifii rabbii jiraa seenaa hedduu nama barsiisuu
Gaalatomi seenaa kee nuuf qoduu keef barumsaa guddadha abshir rabbii jiraa duniyaa fi akeeraa qabaana dhabee
Wayi yaa Namaaaa 😭😭😭😭😭😭 Bineensa Walitti ta'eera 😭😭😭😭
Wayo dhisii hin darba hunduu jabadhuu sister gatii kee waqayoo sif hakafaluu
Gamee nufii jirdhu waa hedu irraa bardhee aboltti amshirii rabbin furaa kee hin gattin atti dalgatte argataa jabbadhuu rabbii obsaa sifii inii boruu gabbu hin oluu yaaaa rabbii 😢😢😢😢😢😢😢☝☝☝☝☝☝
Rabbii isa haa ganuu. Siif rabbi jajabina siif haa kennuu yaa obbolettii koo bayyee bayyee nama gadisiisa
Kwt.... kotuu matii naaf ta'ii mee
Ayyi bayye bayye nama gadisisa dhuga waaqayyo sii gatu abshir obboletiko hundayu ni dariba akka hara miti guyya itti dhifama sii gafatu ni dhufa 😢😢
ruclips.net/video/8kQu2Uyj0QQ/видео.html
Subahaan Allah yaa obboleti tiyya rabbii haqake Sif habasuu Anis biyuuma saudii wagga 4 dalagee dhabera yaa obboleti kiiyyaa obsi qarshin nii badaa ni argamma matakee nagaaha hatahuu Gurban kuun yoomuu hin milkau'u Gorsii sif qabuu Dua'a ittii godhii hojii isaa argata Garaa fulaake qabii🤲🤲. Boi'i naa Amaani Hojjii isaa Adunya kanarati argitaa ni Salphata Dafqakee nyaate yoomu Sammuun isaa hin Boqotuu
Uuuuu%yaa%raabii
Dhugaa keti wly
Rabbin haqikee sif habarbaduu qarshii hin dhumtis hin dhuftis fayaakee rabbin kadhuu 😭😭😭😭
Yaa rabbii atti wan hunda dandesa dadhabbi ishi kafalifi
Ayii yaa obboleti baayee nama gadisisaa dhisi omaa miti rabbi jira🙏
Egaa Attii Jabadhuu Wata Darbef Wanta Gootuu Hin Qabduu Inni Gudaan Attii Nagaa Taa,ii Maalee Fayya Qabanan Hojetee Fiduu Ni Dandesa
Subahanallah rabbii sii haa galachu dhugaa kee 😭😭
Jalaali, bekka, walala, godha, bakka hin, filaatu jagnaa, luuna, godha, Jalaali, korma, Humna, male, nama, midhu, uuuuuf akumake, boor, Jazaa, Isa, hin, dhabu, abshir🙏🙏🙏
Mucaa Naqamte sana fi. Mucaa. Jalalleesse mana dhowate silkier isaani naaf gaafadhu wal nu qunamsis
Yaa rabii isaa haa ganuu rabini hayiiii 😭😭😭😭😭
Shamrrnii Assii jaalla Comment barreessiitanii dhiirra hin komattina ini homa hin baaleesine kuuni wani ishini ofi irrti dallgdee 100/
Mallaqani homaa miti obsi rabbii qabatadhaa innis niargataa waan hojii isaa
Uuuufffii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭seenaan kee bayyee nama gaddisisaa yaa too rabbii dafqaa kee sii haa deebisuu jasaan yeroo amma oltee hin bultuu amma argitaa rabbii fayyaa sii haa keennuu walayii heedduu nama gaddisisaa rabbii sii haa lafisuu
Maliifii walii minaa Sabbaakoo oromoo 😭😭😭😭😭 garakoooo 💔💔💔💔💔
Nama dhukkubbaa wollahi 😭😭 rabbi guddaan haqaa kee olichee hin bulichin
Uuuuuuuuffffiiii obbolleettii tiyyaa seennaa kee baay'ee nama gaadisisaa yaa Rabbii dhirraa akkannaa nuurraa qabii kaa waaddaa nyaattuu malii bineensaa abboo kunii
😢😢😢😢😢uuuufi yaa Raabi baaraa akaami keesaa jiraa laataa Raabin haaqaa issi haa deebisuu
Uuuuuuffff waqayoo dhugaa basil
Uuuuuffuu yaa garaa jabinaa dhalaa namaa 😭😭😭😭 obsii Adhoo koo waqayyoo hojii issa hin kenafii
Uuuuuffff 😢 😢 dhuga bayye nama gaddissisa rabbi isi dhafa bakk habusu ☝️☝️☝️☝️
Uuufiii yaa rabbi gara nama gubaa
Dhiiratti amanee biyya ormaa hojjadhee itti ergee muudannoo jedhee himuu irra maatii koof waan qabu hunda ergee bineensii na nyaachuu wayya dhugaa waaqaa dura badde kee giiftiikoo waaqni gatii isaa haa kennuuf siif immoo araaraa
😍😍
Adanesh.... kotuu matii naaf ta'ii bareedukoo
@@biqiltuusaanyiihacee758
Tole 😍
Dhugaa keetii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anaa dhufuu gammee keenya ❤❤❤❤❤❤❤
Yaa rabbii obboleti koo rabbii obsa sif haa kenuu😭
Bayyee nama gadisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔mali cara akkana garuu mali dhiri akkaan
Uuuuuufffff Waqayoo isatii yaa arguu ☝️☝️☝️😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuu maalii dhugaa akkaamiitin waggaa ammaa kan guuttuumaan guttuuttii amaanta baayy'ee ulfaata rabbii gatii kee sifi haa baasuu 😢
😭😭😭😭😭😭😭Wayyyoo Sarree Too😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭waqanii dachee fii samii umee Fayyaa kee bichaa Siidhowatiin😭😭😭😭😭😭😭😭
Waqayyo guyya tokko hojii isaa nii debusafi kenna too obsii atii siif guyyan nii darbaa atti imo guyya tokko iddo gudadhan sii gahuu danda'aa waqayyo atii namaratii badii hin dalgin malee namanii badii sirati dalagun wayya
Omg maalii naman akkanaa yaa rabbii kani hojii isaa haa argatuu
😭😭😭🤲🙏waqayoo afaraduu hadho koo jajabina isa sifii hakenuu isafii moo hajisaa waqayoo akenufii
Yaraabii ilmiinama.maal.akanagarajabaatta🥺🥺🥺🖤🖤
Uuuuuuufffff rabi zajaa isa haa kafalu sifi obsa cima rabi si haa kenu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
Waqayoo. Dhugaa kee haa barbaduu. Oboletii. Too. Homa mitii namni nama ganus waqayoo nama hin ganuu. Kan darbee sena ta.a kan funduraf jabadhuu jirenyii iti fufaa. Waqayoo goftan. Humnaa sif haa ta.u. gatii dafqa kee sif haa barbaduy namni siti haa darbuu ati namatii hin darbin. Homaa mitii jabadhuu. Senan kee. Hundaa kenyaf barumsaa kan dabarsudhaa 😥😪😭😭😭😭😭😭😭😥😥😥😥
Bano. Kotuu matii naaf ta'ii mee
Silaa yaa lamii koo waalii midhuu maalii nu fayidaa yaa sabaa😰🖤
❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuufffff yaa rabbi nuu basii
Dhugaa hedduu gadee🤔🤔😭😭😭😭anii kanii jedhuu rabbii sif haa galchuu akkasumas yoo waraqaa ittin ergitee yoo qabatee kassasii👈🏿rabbii si haa qabuu😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuffffff
Uuuuuuffffffiii yaa hadho koo rabbin guddani carra gari sifi haa kenuu woma miti abdi hin muratin hamma dandaeteni mee yali yoo dadhabde immo kan rabbin sifi qode imma argata garu kani naa arisu harme ketiti jabatu keti
yoo dhugaa ta'e daafqii ishii ibida ta'e sii haa gubbu inashaAllaha
Amiina.... kotuu matii naaf ta'ii mee
Tole
Baay'ee nama gadisisa uuuuuuf maloo sistuko kana hundaa nama Amanu ketu si Midhe hadhaa si desee Calaa amatee uuuuuuf 😭😭😭😭😭😭hundafuu Obsa sif haa kenu isafis hoji Isa haa keennu
Subahanallah raabbii sii haa galachu dhugaa kee
waayyoo Homaa mittii Kaa Nama Rabbiin Jaalattuu qoroomaatatuu Ittii baayyattaa Koddee tiyyaa Obboosii dabaarrassii Maalee 😢💔💘
Hima miti obsi guyyaa tokkoo sif darbaa
Uuuuuuuufffffffff Mal kan saa moo kesaa bahee wlh rabiii kee nafusee ykn curcesee akanii damee dhufee dhifamaa sigafatuu abdii qaba way dhiraa kana inis dhiraa jedhaa maqaa dhiraa balesee amqaa jalals balesee kan rabii sif jedhee lafaa jiraa kun manaa osii tahin bineaaa wajin jirtaa turtee binesaa mqala qofaa jalatuuu an dhirumaa durbaa gabuu dhadhabaa uuuuuuu wlh dhagefadhee fixuu dhadhabee isaa hojii biyaa amab isaa hojatee gubatetuu bekaa rabiii haqaa kee hin dhisin rabii imiman kee lala 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhifama naf godhii garu obbolleti tiyya ati gowwadha moo waggaa torbaa guutu osoo maatin kee hin bekkin ykn osoo nikaha hin godhatin akkamitti waan hundaa itti of gata garuu??? Kan darbee darbe jiraa rabbiin fayyaa siif haa kennu hin dalagata amma achu garuu haadha tee san dhifama gaafadhu garaa haadha nama desse yoo namati rifatte gaarii siif hin tahu ok rabbiin daayfa kee irraa siif haa kafalu isas abshiir sister too 😭😭😭
rabbiin haqqii kee siif haa debisu
Maaloo obolleewwaan dhiira rabbiin sodadha gaara jabbenyaa akana dhiisa haqqiin nama homa isini hin fayyadu yeroodhaf malee
ruclips.net/video/0qvMfVnJfjw/видео.html
Baga siifo ati yeroo haadhake dhiftee haalga amntee tole kan warra akkasi naman gaaddisiisu baga
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Anaa dhufuu oromia 24 ❤️🌳❤️🥰🥰
Uuuufiii rabbin si ha dhabatuu nama gadisaa
Uuuuuuuuuuffffffii baayyee nama gaadisaa
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢obosaa sif yaa kenyuu waqayyoo goftaanii kenyaa inni moo waqayyoo goftaanii kenyaa akka hojii issatii yaa kafalufii uuuuuuuuffffffff akkamii nama bobesaa
Ali... kotuu matii naaf ta'ii mee
Yaa rabbii koo ana baadee bayyee garaa nama nyaata
Maalo kaan dhiraa Itoophiyaa nama gaadisisaa maloo kann harmee kee caaluu hin jiruu maafi gaara itti jaabatee
Ok atis hedduu galtomii isiifsi rabbin dhugaa isaa habasuu shamarranii Biyyaa araba kessaa jiraattan barnoota guddaa isiiniif ta,uu qaba
Uffff yaa rabbii hin dhiisiin
Kan darbee darbee Kan hafeetuu caalaa waaqayyoo obsaa sif haa kennuu haadhee tee dhifamaa sirrittii kadhadhuu waaqayyoo dhifamaa sif haa godhuu adduunyatanarrattii Kan yeroo kamuu sittii hin jijjiramneef sii hin jibbinee haadha tee qofaa😭😭😭yoo harmeen tee sif dhiftee jaalallii kees firii godhatee ebbiifamaa😥😥😥❣️❣️💔💔💔
Seenessuun baay'ee nama bashanansisa,barsiisaa isiin jallannaa.
Rabbii jajjabinaa sif haa kennuu hurkaa kee rabbii isaan hin nyaachisuu yoo haqaa kee ta'ee.ati garuu fayyaa qofaa tahuu keetiti boonii tole.
Waayoo maloo namaa gadisisaa maloo obolotaa kaa dhiraa hin amanin maloo please 😭😭😭 oboletii koo kan darbee darbee dhisii waqayoo kan hojii isaa nii kenaafi uuuuuuuu ani osuman duu,ee dhiraa hin amanii kesaati dhirii biyya saudii sareedhaa😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuff yaa carraa shamaranii dhirumaa jechudhayuu nujibisisee jiraa oboletii kiyaa rabbiin fayaa.sif hakenuu 😭😭😭
Uuuuufff wolhii imiman qabachuu dadhabee mal adara yaa shamaran biyya arbaa jirtanu nuti firas tae jalales taee kan malaqaf nu barbadu male kan jalalaf nu barbadu tolkoee hin jiruu adara kesan ofeganon jalala kesan gagesa 😭😭😭😭😭😭😭😭🙏
fatiha waan ofii kootu maati naafi ta'i
Mudanoo namaa bayeetii abshirii😭😭😭
Ani leen jaaladheen dhaabe saababa maati kiyaa tif ani gaaruu haamaf jirenyaa goodhadheen jiraa haata,uu male aba maana kiyaa hin jaalane yeroo huunda jalale kiyaan yaadadha 😢😢😢😢
Uuuuuufffff walahi baye namaste gadisisa sila darasanyi iti erga turned San Kechi rate abshiir Wan hundafu😢😢
Ana haa dhufu Gaamee
Rabiin isaa haa nyattuu 😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭
Senaa kiyyaa fakataa wlh Alhamadulilaa jedhii oboltii tiyaa hojatee argataa😭😭😭