Seenaa Gaddisiisaa Godaannisa Natti Ta'e

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 дек 2024

Комментарии • 680

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 3 года назад +17

    Nama jaalattu mataanuu yoo dhukkube hanga nama dhiphisu kanuma argetu beeka. haala kanaan adda bahuun immoo ulfaataadha😭
    Hiriyyaa tiyya takkas nikha wal godhatanii, osoo isiin biyya ormaa jirtu inni balaa motoraa ykn doqdoqqeetiin lubbuu dhabe. Yoon wanti akkanaa dhagahamu addunyaan tuni akka amanamummaa hin qabne nama hubachiisa
    Abbaan kootis osoo biyya namaa jirun lubbuu dhaban. Maatiin na dhoksanii yoon galee mana bira gahu akka hin jirre natti himan. Amrii Rabbiin fide jelaa bakki dhaqxu hin jiru.Rabbiin jaannata ofiitiin isaan haa gammachiisu.....Alhamdulillah waan inni godhu hundaafuu.maal gochuu dandeenna😭😭😭😭
    Maatii fi biyya keennatti ngyn nu haa deebisu Rabbiin!

    • @romanroman6725
      @romanroman6725 3 года назад

      😭😭😭😭😭😢😭😭😭😭😭😭😭
      Uuuuuuuuuuuuuffffffu Rabbin sabrii sii haa kanu isaa nama jaata isana haa gidhu

    • @saadhsaadh5322
      @saadhsaadh5322 2 года назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️

  • @masiibmareeno616
    @masiibmareeno616 3 года назад +26

    Maaloo seenaa dhugumaa baay'ee nama gaddisisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    Rabbii jajjabinaa sii haa kennu🙏

  • @orotube44
    @orotube44 3 года назад +10

    Maaloo lammii waani koo garaa nati inni jabatina kootaa matti nafi ta'a isinii malee maalini qaba 🙏

  • @semirashemsu8461
    @semirashemsu8461 3 года назад +4

    Welcome Gammee bayye nama gadisisa mattin tokko tokko jirenya nama akkasiti balees rabbin jabina sif ha kenu

  • @ofiinboontuusiikoomandoo7753
    @ofiinboontuusiikoomandoo7753 3 года назад +5

    Laphee namaa cabsaa jabaadhuu homaa mitii

  • @shashetube4691
    @shashetube4691 3 года назад +4

    Uuuffff yaa rabbii dhugaa senaa asrati dhiyatuu keessaa akaa senaa kanaa garaa naa nyatee nati dhagayamee gadee hin bekuu kessatu yero ini malqaa isaa dhumaa yalamufi tuu hadhati kenee sani kessati akasumaa dhibee isaa ishee dhosee sabàba ishtif midhamee isini oso hin bekiin

  • @rudwaanahmed4495
    @rudwaanahmed4495 3 года назад +1

    Bayee namaa gadisisaa dhugaa rabbi 😭😭😭 rabbi jajabina haa kenuuf oboletii tenyaa taan gochii kuun isii mudatee atis dhiyessu keetif gudda galatomi

  • @zarakadir453
    @zarakadir453 3 года назад +1

    Uuuffii wolahi seenaa bayyee nama gadisisuu rabbii obsaa sii haa kennuu inshaa Allah

  • @hawwilove3631
    @hawwilove3631 3 года назад +4

    Uuuuufff😭😭😭😭bayee namaa gadisisaa rabbii jajabinaa sii haa kenuu😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kurikuri3570
    @kurikuri3570 3 года назад

    Ya rabii seena baay'ee gaara namaa nyaatudha. Rabii obsaa siif ,jajjaabiina siif haakeenu jalaale kee moo kan boqqaate biiyoon itaa salphaatu

  • @yaseahamd9633
    @yaseahamd9633 3 года назад +1

    Uuuuuffff bayye gara nama madessa rabbi obsafi jajjabina sif hakennu ☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 3 года назад +3

    Yaa Allah! ayiii😭😭😭😭😭😭😭😭
    Biyyeen itti haa salphattu😭😭😭😭
    Siif immoo Rabbiin obsa siif haa kennu obboleettii koo😭😭😭😭😭😢
    Wly seenaa baayyee nama gubu,nama keessaa hin baaneedha yaa subhanallah😭
    Yaa jireenya adunyaa....baayyeen gadde keessi koo dhiphate😭
    Imimmaan narraa dhaabbachuu dide.Rabbiin Obsa jabaa siif haa kennu. Seenaa keessa namaa madeessuudha.garuu wanta Rabbi gidhe homaa gochuun hin danda'amu jabaadhu Obsa siif haa kennu Oktii tiyya😭😭😭😭😭😢

    • @yaallaayaarabbii6660
      @yaallaayaarabbii6660 3 года назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zedoshewasalale5426
    @zedoshewasalale5426 3 года назад +6

    Nan Gaddeeee uuuufff 💔😭 Jajjabina siif ha Kennu haadhoo koo

    • @calitusefaa34
      @calitusefaa34 3 года назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @አማራይቱየአሳምነዉፅጌልጅ

    ኡፍፍ አፈር ልብላ እዴት እዳለቀስኩ እሱንም እግዚአብሔር ነፍሱን ይመረዉ አችንም ጽናቱን ይስጥሽ 😢😢😢😢

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +10

    Uuufff maalo maalo baay'ee nama gadisisaa 😭😭😭😭 uuuff obboleeti koo waqaayyoo jajabinaa sif yaa keenu 👆😭😭😭😭 maalo kun wanta dubaatan nama walaalchisaa 😭😭😭😭

  • @zubeydaaarsii7795
    @zubeydaaarsii7795 3 года назад +3

    Araa Natuu duraa lalee lekii godhaa mee ❤❤❤❤😍😍😍😍

  • @jireenyiobsaani6999
    @jireenyiobsaani6999 3 года назад +2

    Uuuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭 rabbii obsaa sif haa keennuu

  • @mustobintmahmed6736
    @mustobintmahmed6736 3 года назад +6

    Rabbin jajabina sif ha kenuu 😭😭😭😭😭

  • @sifani24youtube49
    @sifani24youtube49 3 года назад +1

    Rabbii nabise isaa haa maruu uuuuuuufffffff Bayyee nama gaddisisaa 😪😪😪😪 Rabbii obisa sifii haa kenuu 🖤🖤🖤

  • @eduurkush2056
    @eduurkush2056 3 года назад +1

    Uuuufffffff Seenaa Garaa Namaa Dhukubsuu Adhoo koo waqayyoo Obsaa siif haa kenuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @foziorotube
    @foziorotube 3 года назад

    Uuuuffiii wallah imimmaan qabachuu dadhabee aaaaah rabbiin obsa siif haa kenu

  • @ጌታለኔመልካምነዉጌታለኔመ

    ufffffff bayyee garaa nama nyataa dhugaa

  • @buzunashdadhi4143
    @buzunashdadhi4143 3 года назад +1

    Senaa kanaa afaan amerifaan dhagefadheen ture oboleetii koo rabii jajabina isaa siif haa kenuu ayizosh yalfel yalefal enji hulum yesu fikad nw isum namsun yimaro

  • @Arabee-v7r
    @Arabee-v7r Год назад

    Ufiiiiiiiii amshir sisiter 😢😢😢😢dhugaaa senaa kanaa dhagefadhee bayyeen Gadee rabbiin obsaa sif haa kenuu obeletii koo isaff rabbiin biyoo itii haa salphisuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @amirsuhil7213
    @amirsuhil7213 3 года назад +2

    Dhugaa rabbii hedduu garaa nama nyaata😭😭😭

  • @sshawaa4681
    @sshawaa4681 3 года назад +3

    Uuuuuufffffff dhugaa maal akkan jedhu hin beeku 😭 waqayyon jajjabina siif haa kennu 😭😭😭 😭😭😭

  • @lomidiyana5309
    @lomidiyana5309 3 года назад +12

    Bagan naagan dhufte Game 🥰🙋 uuuufff seena baay'ee nama gaddisisa 😢😢😢

  • @jituuoromiyaa3705
    @jituuoromiyaa3705 3 года назад

    Uuuuuuuuuuuu Anaan! baayyee nama gaddisisaa badee waaqnii obsaa siif yaa keenu waan jedhuu hin qabuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😓😓😓

  • @obseentube3821
    @obseentube3821 3 года назад +2

    Bagaa nagaan dhuftee game koo ijoollee oromoo Mali qabaa yoo mati naa tataan uuuuuufiyi Amaa hoo naa gamee

  • @sigimootube9746
    @sigimootube9746 3 года назад

    Qalbiin koo hedduu nadhukkubsate
    Kunis logii addunyaan kun qabdu Kan nu hubachiusuudha
    Yaa goota jaalalaa biyyeen sitti haa salphatu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @asiatmam6091
    @asiatmam6091 3 года назад +2

    Raabii jajabiinaa sifii ha kenuu uuuuuufii

  • @Bakalu-ui3yh
    @Bakalu-ui3yh Месяц назад

    Dhugaa Bay'ee Nama Gadisisa 😭😭😭😭😭

  • @burte2554
    @burte2554 3 года назад +3

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭bayyee nama gadisisaa obbooleeti koo waqqaayyoo obsaa si haakanuu🙏🙏🙏

  • @yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110
    @yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110 3 года назад +1

    Ufffffi sena bayy'ee nama gadisissa jabbadhu obbolletti too

  • @mustobintmahmed6736
    @mustobintmahmed6736 3 года назад +3

    Baga nagiyan dhufe gamee koo
    Sena kee bayye gara nama nyati 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @asamersalalleekuyyuu156
    @asamersalalleekuyyuu156 3 года назад +1

    Uuuufffff anii imimaan qabachuun dadhabee baay'ee namaa gaddisisaa 😭😭😭😭😭😭

  • @ghhk7615
    @ghhk7615 3 года назад

    Rabbi nabise haa maru sifisi rabbi jajabina sif haa latu

  • @moromooromia7807
    @moromooromia7807 3 года назад

    Yaa Rabbi kiyya ani bayyen gadde seena gaddisisa akkana hin argine Rabbi siha jajjabeesu

  • @hshhsdh-tq3zn
    @hshhsdh-tq3zn 6 месяцев назад

    Dhugumatii imimaan naraa cituu didee ayyii yaa jalalaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @sdsd338
    @sdsd338 3 года назад

    Uuuuuuuuuf bay'ee namaa gadisisaa jabadhuu oboletii tiyyaa Rabbiin jajabinaa sii haa kennuu

  • @lenseelensee6497
    @lenseelensee6497 3 года назад

    dhugaa rabii hedduu garaa namaa nyaata

  • @AmaruDhuferp-dg5nu
    @AmaruDhuferp-dg5nu Год назад

    uuuuuuuufffffffff baay,ee Namaa gaddisiisaa... Rabbiin jajabbinaa siif.haa kennuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️

  • @nasiramadurai1522
    @nasiramadurai1522 3 года назад +2

    Uuuuuuuffff 😭 baayee nama gadisiisa rabbiin obsa siif ha kennu 😭😭

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад

    uuuuuuuuuuuuuuufff wayyoo bayyee nama gadisisa dhugaa rabbii bayyeenaa rifachise dhugaa uuuuuuuuuuuuuu waqayyoo obsa siif haa kunu lubbu isaa haa maruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @wallaggaabiyaakoo7886
    @wallaggaabiyaakoo7886 3 года назад +1

    Bayee nama gadisisaa uuuuuuffffff yaa waqaa obbolleeti koo kan obsaa kee bayiisif obsii hadhoo koo nutii hunduu achuumaa dhumini kenyaa

  • @burteeyeetewahidoliji7988
    @burteeyeetewahidoliji7988 3 года назад +2

    Uuuuuuffffff Senaa kesaa namaa gubudhaa maloo Ayzoshii waqayoo goftanii si wajinii haa ta'uu 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zanuu4324
    @zanuu4324 3 года назад +2

    Uuuuff bayee namaa gadiisa 😭😭 waqqayoo jajabinaa sifi ha kenuu🙏🙏🙏

  • @yousufjihaad4687
    @yousufjihaad4687 3 года назад

    Uuuuuuufffff 😭 😭 Garaa namaa nyataa jajabinaa sif haa kenuu Hadhaa koo 😭😭

  • @mannanmannan4085
    @mannanmannan4085 3 года назад

    Uuuufffffff dhugaa rabbii imimmaan qabachuu dadhabe obboleetti too rabbiin obsaaf jajjabina siif haa kennu tiruu koo 😍 😭😭😭😭 gadaannisa yomuu nama kessa banee yaa allah uuuufffffffff

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga3427 3 года назад

    Waqayyo jajabina siif ha latuu Obboletii ko bay,ee ulfata dhuga, bay,ees nama gadisisa maloo uuuuuuffee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @misramisrahaji5929
    @misramisrahaji5929 3 года назад

    Uuuuuuuuuufffffffff 😭😭😭😭😭dhugaa bayye nama dhukkubsaa rabbin jajjabinaa siif haa kennu obboleeti koo

  • @kenna8061
    @kenna8061 2 года назад

    bay,ee garaa nama balessa dhugaa rabi rabi si ha jabessu atti gamaddi itti fufi innis akka sif gamaddu bakka jirutti rabi namse issas ha gmaruu

  • @workineshgomen6886
    @workineshgomen6886 3 года назад

    Ufffffff kan baay'ee nama gadisisuu jabadhuu waqqayyoo siyaa jabbeessuu fayyaa argadhuu

  • @SofiaSofia-vf8od
    @SofiaSofia-vf8od 3 года назад +1

    Ufuuuuuuuuuuuuuuu seenaa baay,ee Namma gadisisuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Rabbin jajabinaa siif haa kennu Oboletti too

  • @fatiyawallaga8137
    @fatiyawallaga8137 3 года назад +2

    uuuuuuuuf baay'ee garaa koo na nyaate wallaahi 😭😭😭😭😭rabbin jajjabina siif haa keennu Abshiir

  • @yewubneshyewubneshasrat6389
    @yewubneshyewubneshasrat6389 3 года назад +1

    uuuuuuuuuuufffffffffff sena baye baye nama gadisisu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭. obboleti koo waqayon si haa jajabesu🙏🙏🙏

  • @sifanyeekedanemeretiiliji9432
    @sifanyeekedanemeretiiliji9432 3 года назад

    Uuuuuuuuuuufi jabadhuu hadhukoo waqayuu lubuu saa hamaruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @saraaljasmi3522
    @saraaljasmi3522 3 года назад +7

    Uuuufe 😭 😭 😭 😭 😭 imiman kiyya qabachun dadhabe wly😭😭😭😭

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 года назад

    😭😭😭😭😭uuuuuuffffffff bayyee namaa gadsisaa haadhoo too Waaqayyoo jajjabinaa sif haa keenuu lubbu isaa mirgaa qulqullootaa nuuf haa boqochisuu Obbollessa keenyaa Gooftaan Ameen

  • @yarabbiiimnanafkeni7276
    @yarabbiiimnanafkeni7276 3 года назад +1

    Imimina ko dhabatu diidee midhama keef kan akkana yaadduu ayii jaalalaa dhugaa😭😭😭😭😭😭

  • @natsennatdeggaf2396
    @natsennatdeggaf2396 3 года назад

    Uuuuuuuffffff bayee garaa nama nyataa seenaa kee hiriyya ketifi biyya itti yaa salphatuu siifi moo jajabbina siifi yaa kenuu

  • @biqiltuusaanyiihacee758
    @biqiltuusaanyiihacee758 3 года назад +1

    Uuuuffffffeeeeeee wayyooo wayyoo waqaayyoo obsa isaa siif haa kenuu isaaf jennataa

  • @bassaashano6725
    @bassaashano6725 3 года назад +3

    Uuuuuuuuuuuufffffff Mali godhanii rabbii jajajjibbinaa sif haa keenuu

  • @nahomneda4955
    @nahomneda4955 3 года назад +1

    Uuuuuuffff wayyoo waqayyo lubbu isaa yaa maruu senaa bayye namaa gadisisuu

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 3 года назад +2

    Maloo seenaa caphee nama cabsuudhaa😭😭😭😭😭waqqaayyoo jajabinaa sii haa kenuu wanta jedhaan nama dhabisisaa dhugaa😭😭😭😭

  • @aynalemnigusu2601
    @aynalemnigusu2601 3 года назад

    Uuuuuuuffff seenaa gadisisaa bay'ee garaa namaa nyattuu dhugaa rabii yomiin dhagefadhu laphee kottuu cabbee 😭😭😭😂😂😂 obbolettii too waqaayyoon jajabinaa siif haa kennuu

  • @sittinaakadir7413
    @sittinaakadir7413 3 года назад

    Abshrii Rabbiin obsa siif haa keenuu obboletii koo💔💔😭😭😭😭 jabadhuu

  • @ibrooonline4591
    @ibrooonline4591 3 года назад

    Uuuuffff bayee garaa nama marara rabii isaf haa araramuu attii rabii obsa sif haa kenuu

  • @asterabera5748
    @asterabera5748 3 года назад +1

    Baayee nama gaddisisaa uuuuuuffff 😭😭😭😭😭❤❤❤

  • @yarabbiiimnanafkeni7276
    @yarabbiiimnanafkeni7276 3 года назад

    Seena akkana imimaan ko dhagalasee takkaa argiinee uuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kamsishaaoro1896
    @kamsishaaoro1896 3 года назад

    Uuuuuuuufffffffff dhuga rabbi eegan saganta kana hordofuu eegalee kaase seena akkana onne koo naa cabse tokkolle hin argine obboleetti koo rabbi jajjabinna siif haa kennu Uuuuuuuufffffffff

  • @betinagasu765
    @betinagasu765 3 года назад +2

    Uuuuufffff baayee nama gaddisisaa waaqayyoo jajjabina siif haa kennuu
    😭😭😭😭😭😭😭

  • @saada634
    @saada634 3 года назад

    Uuuuuufffff seena gadisisa dhugaa obboleti koo rabbiin obsa sifi haa kenu 😢😢

  • @abdinkoojiratadhaa1442
    @abdinkoojiratadhaa1442 3 года назад

    Wayooo wayoooooo bayee namati dhagamaa uuuuuuuuuuuuffffff waqayyoo jajabinaa sif haa kenuu oboleti koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @saamirashaawaliji6156
    @saamirashaawaliji6156 3 года назад

    Baayye nama gadidisa dhugaa raabii raabiin obsa siif haa keenu haadho koo

  • @YashiKappa
    @YashiKappa 11 месяцев назад

    Seenee bayyee nama gadisisu waaqayyoo obsa sif haa kenu wanti godhan hin jiru

  • @munirajimmaa9769
    @munirajimmaa9769 3 года назад +2

    Uufffff dhugaa bayy'ee nama gaadiisisaa 😭😭😭

  • @imabettosla164
    @imabettosla164 3 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢 onee namaa gubaa. Uuufiii sobnii adunyaa kanaraatii waan baayatefii dhugaa addaa bafachuunii namaatii ulfataa ayii baayee namaa gubaa😢😢😢 utuu sitii himateraa ta'e malqabaa tarii hindu.uyuu ture😢😢😢😢 waqayyoo lubusaa ha maruu 😢😢😢😢

  • @bareeduuoromiyaa4707
    @bareeduuoromiyaa4707 3 года назад +1

    Kan aka sena kana na gadisise hin jiruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @bareeduuoromiyaa4707
    @bareeduuoromiyaa4707 3 года назад +1

    Uuufffeee mali ya rabbi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 3 года назад

    Uuuuffee uuuuffee maloo dhugaa Bayyee Gaddee

  • @amuuoroo8597
    @amuuoroo8597 3 года назад

    Imimmaan qabachuu dadhabe 😭😭😭😭😭
    Akka koo taatee 😭☝️
    Badiin akka jaalallee ofii duaan dhabuu caaluu hin jiru 😭😭😭
    Erga duaan dhabee dhiiraa biraaf onneen koo simachuu diddee
    Wayyoo haadhe koo 😥😥😥😥😥😥😥

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube9030 3 года назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuu bayee bayee bayee bayee nama gadisisa dhugaaa wayooo wayooo wayooo uufffff maaloo rabbii obsaa sif haaa kenuu hadhookoo maloo jaabadhu homaa mitii waan takaa ta,e maal godhuu obsuudhaa maalee maaloo bayee bo,e anuu dhugaaa wayooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @rozarozroz8065
    @rozarozroz8065 3 года назад

    Uuuuuuufffee bayyee nama gaddisiisa rabbiin jajjabina sif kennuu

  • @lmomiiomi5086
    @lmomiiomi5086 3 года назад +2

    Uuuuuuuufffff senee baay'ee namàa gadisisuu 😭😭

  • @ashaabintislaamfrometaya4544
    @ashaabintislaamfrometaya4544 3 года назад +2

    Wlh ani boyee 😭😭😭😭😭

  • @sabontuoromoo9313
    @sabontuoromoo9313 2 года назад

    Uuuf dhuguma seenaa gaddisiisaa Abshiri carradha hundduu 😭😭💔💔😭🤦‍♀️

  • @hayatarsi8828
    @hayatarsi8828 3 года назад +1

    Uuuuuuuufffffff Bayee nanaa gadisisa yaa jiruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 Год назад

    Uuuufff seenaa baay'ee Gaddisiidhaa rabbiin jajabina siif ha keennuu obboleeti ko😢😢

  • @cheltukader9501
    @cheltukader9501 3 года назад

    Well Come Oromia24😍 uuuuuuuuuffffi😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭bayyee namaa gadisisaa😭😢

  • @shammaalshamsi5293
    @shammaalshamsi5293 Год назад

    SubahanAlha Baye qalbinamacabsa

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 3 года назад

    Uuuuuuuuufeeee yaa raabi baaye nama gadisisaa uuuuuuuuuuf😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭imamaan qabachuu dadhabee wollahi 😭😭😭😭😭😭😭😭☝️

  • @PaulaHelou
    @PaulaHelou 7 месяцев назад

    Bayyee gara nama nyataa dhugaa.

  • @bontusalalee9537
    @bontusalalee9537 8 дней назад

    Uuuffff 😢😢 bayyee naman gaddissisa dhugaa

  • @obseobse563
    @obseobse563 3 года назад +2

    Uuuuuuuufffffff har'aa baay'een gaddee😓😓😭😭😭obbooleettii koo waaqayyoo jajjabinaa sif haa kennuu isaaf jannataan haa qanansiisuu😥😥😭😭😭😭

  • @hiruuteesilaassee2560
    @hiruuteesilaassee2560 3 года назад

    Uuuuuuuuffff 😭😭😭😭😭😭
    Waaqayyoo lubbuu isaa haa maruu,
    Siifis obbolleettii koo waqaayyoo jajabinaa siif haa latuu

  • @hogeettijaalalaa4547
    @hogeettijaalalaa4547 3 года назад

    Jaabadhu Rabbii jajjabina siif haa kennu

  • @RasAlkhaimah-dc5wr
    @RasAlkhaimah-dc5wr 11 месяцев назад

    uuuufff baay,ee nama gaddisiisaa.rabin jajabinaa siif haa kenuu😢😢😢

  • @hasnaa9786
    @hasnaa9786 3 года назад +1

    Uuuuuuuuyi onneenko na cite 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭obbolettiko waaqayyo obsa siif haa kennu.

  • @ZainaZai-yp1qg
    @ZainaZai-yp1qg 5 месяцев назад

    Uff baay,ee garaa nama nyaata waaqni jajjabina isheef haa Kenny😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭