Hiriyaamaa ishee duraa saan ishee woyaa garuu hundaa hin amaaninii malaqaaa kee hin ergiin kaan darbee akaa seenatii kaan Fulduraa Akaa caratii hundaafuu wontti hin darbiiinee hin jiruu Amshr ijaa too Abdii hin kutatiin💔💔💔💓😭😭
Yaa obbolleettii koo bayee nama gadisisaa garuu moo Jirenyii Wan dhabatee sitii hin fakkatii ittumaa fufaa Har, aa ati ijoollee lama qabatee of baleesuuf yadaa garuu moo utuu ijoollee kee sanaa akkati jirenyaa sanii jijjiirtuu yadee bor ijoollee kee har, aa sii qabuu har, aa yoo dadhabdee yuu bor ni boqotaa ijoollee kee seraa gudiis adaraa kee caraa ijoollee kee akka kan kee akka taneef Wan of Har, aa qabduu ijoollee kee barasifadhuu Mal baktaa bor ijoollee dokta ta, uu nama Adunyaa iraati hojii bekaama jetaan tani sii bosuu Dada, uu ati ijoollee yoo ilalatee Abdii kutaana keessaa kee hin fedhuu maloo ijoollee seraa gadiis dhamasaa koodhaa Wa, ee abba mana keef jaalallee kee duraa moo itti dhisii bodaa gafa galatee itti yadaa Amma garuu mallaqaa kee mana tokkoti hin ergii ijoolleef Wan isaa GA, uu ergii malee mallaqaa yoo qabatee hunduu sii baradaa yoo dhabadee garuu situu nama barbadaa kanfuu of jabisii qoramuun abdii dhaa malee badisaa mitii gafaa barii, uu ka, uu ni dukan, aa yoo nama darabuu ka, uus qoromataa cimaa atis cimii dhabadhuu sii jedhaa mucaa kee dubaraa inni sii mudatee akka ishee hin mudaneef jabadhuu bira dhabadhuu galatoomi waqayyoo siihaa garagara Wan sitii jabatee siif haa lafasuu obbolleeti koo
Malaqa ke enyunu amante itin hin kenin jalale ke kan dura sunis sif hin tahu utu si jalate duruma si gatu lamanu sif hin tahanu dhisi jirenya mata keti murtefadhu male ofin ajesa isa jetu dhisi ganadha jirenya badhadhe jirata obboleti ko anu wagga 6 wanan hojedhe dhaben taha jira Alhamdulillah wagga 3 kesati sani ol argadhe samu naga jirata jira
Abdii hin kutatin namni kan abdii kutatu yoo du.e qofa atti kan darbee hin darbatan jedhamire oromon yo mammaku atti kan darbee yaadu dhiisiiti kan dhufufi jabadhu hojjadhu maqala kee nama tokkole hin keenin qamisii keetiti gudufatu sii qofa miitti yadanon akana adunyaa gutu keessa wollin gahera nama tokkole hin amanin rabbin maale rabbi ajese nama kasa ambshiirii
sena baye nama gadisisu homa miti obboleti koo kan daribe miti kan fundura yadii enyumitu akka yero faya jiranitifi akka qabenya yero qabdu namini si jalatu miti obboleti koo guba biyya orima kan biya jieu miti kan biyya orima deme galeyu sif hin yadu kana boda ani akka obboleti ketiti na ilali sin gorisa kana bodda qarishi ke harika kerati qabadhu isa dhisiti da.iman ke guddifadhu qarishi ke isarati hin erigin obboleti koo adara adara adara maqa waqqayyotinin si gafadha mati naf ta.i obboleti koo rabi si umen si qabe adara wan ofi too bayyen gade hadho koo jabadhu waqayyo si ya jajebesu jabadhu
Lamansaniyuu dhisii qobaa kee jiradhuuu birrii kee nama tokkotiyuu hin ergiin boor hin barbadamtaa hin dhiphatin of kabbachuuf calisiii nama tokkoyuu hin ilalin ammas xiqoo obsii OK ❤
Obboleettii koo amma boda ati wan sif gari tae dalagi lubbuu kee ofjabessii amma bodaa ijolee kee jabefadhuu mallaqa kee jabessii rabbin sif ha birmatuu
seenaan atti keessa dabarsite hedduu nama gaddisiisa. garuu, anni waan tokko si gorsa waan darbe hundummaa dhiisitti isa gara fuulduraa qofa yaaddi. waanni darbe xiqqoodha ammayyuu waan gara fuuldura baayeedha. waa'ee dhiiraa kamiyyuu amma hin yaadiin edii abdiin guddaan fuuldurakee akka jiruu fi jireenyi itti fufaa akka ta'e bartee, achiin deebitee waa'ee aboottii manakee yaada. yaada sirri yaaduudhaaf dura namni abdii fi kaayyoo jireenya qaabachuu qaba.
ebifami obboleso
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Yes
Yes
Wan hundaa ergaa argiite amaale gara fulduuratti tarkaanfaachudhaf abdii hoorachu qabda abbaa manottikeemo tasumaayu hin yaadin qarshiikes ofiif kawaadhu ofiis hin midhiin waaqayyoon kadhaadhu abdii qabdaa
Laman isaniyuu Yadaakee keesaa hin galchin Malif yo jetee ini duraas Yeeroo Ati Rakaatee Sigatee Ammamoo Ati Hadhaa Malaqaa ta'uukee wan hubaateef Sibarbaadeeti malee jireenyaaf miti Amaas Akuumaa kanan duraa feedhi isaaf jedhee Sin rakotii galchee Sibiraa deebi'ee Amaas si gowomsee Malaqaakee siraa nyatee Bodaa Sin beekuu sin jechufi Akkumaa Yeeroo Si ulfeesee sin beekuu sin jedhee sanaatif Atimoo Gamnoomi Abban manaakemoo namaa kayoo miti Inis sin fayaaduu iti dhisi wa'ee Lamaan saniyuu ijoleekeefimoo Karaa hadhakee malaqaa isaan gargaaruu dadaa'uun isaan gargaarii Malaqaakee ofuumaa keef kawaadhuu Waaqayyoo ihaa gaargaaruu Hadhokoo Yo Ati Guduunfaa teemoo Namaa jireenyaaf ta'uu hin dhaabduuti Abdii hin kutaatin eshi
Maloo obboletii koo akka kotti gurbaan inni jaalqaba suni tasumayuu siif hintauu maalif yoo jetee gafaa atti rakko kee itti himatuu sii jibee haramoo atti hundumaa dabarsinan sii jaalate kanafuu laman sanniyuu dhisitii jirenyaa kee itti fufiiti ijolee kee laman sanni guddifadhuu jabadhuu obboltii koo
Obltii too atii dalgaa kee dalgiitii garaa biyyaa galii ilmo tee gudifadhuu isanii lchuu dhisii abaa manaa kelee ta'ee jalalee kee kaa durii lee dhisii jirenyaa kee jirdhuu giftii koo😭😭❤❤
waqayoo sii haa gargaruu hin Gadiin bayistee waqayoon fayaa Ergaa siif Kenee Boruu guyaa biraatii hundumtuu hin darbaa hin gariin gadii gadaa Dabalaa hundumafuu waqayoo galatefadhuu waqayoo kadhadhuu waqayoo sii haa gargaruu jabadhuu
Hundaa duraa waqqayyo si haa garagaruu murtessi obboletii koo maqallaa kee waliti qabadhuu dalagadhuu ijolee keef jiradhuu dukanaa bodaa ifatuu jiraa jirachuun kee ijolee kees fayyadaa murtessi jiradhuu amma irran debi'ee sin jedhaa jirachuuf murtessi abdi godhuu jabadhuu sin jedhaa
Uuuuuuuufffff seenaan kee bayy'ee garakoo naa nyatee kodee koo Obsii waqayyoo goftaa obsaa siif haa latuu garuu kan kanadurayyuu hin gahaa amma kastee qarshii kee nama tokkotiyyuu hin ergii harkaa keetii qabadhuu malee budee yeroo biyyaa kee nagan galtuu ittii ijoolee kee gudifatta waan ta'eef 💔😭😭😭😭😭😭😭☝️
Namicha dhiisiiti jireenya kee ijoollee kee waliin itti fufiiti jiraadhu. Qarshiis itti hin ergin lamaffaa. Jabaadhuuti ijoollee kee guddifadhu.
Mudano kuni hunda keenyaa mudateraa garuu ati jabadhuu oboleti koo lachuu dhisii sii nyaachuuf malee sii barbadani mittii jireenyaa mataa kee jiraadhuu haadhoo koo ijoolee kee gudifadhu dhirii hin soba sii gowomsa ati jabadhuu
Woyoo miskiinaa tiyaa seenaa akaa koo kesaa jirtaa Raabii Nuu biraa haa dhanatuu😭😭😭😭😭
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Hiriyaamaa ishee duraa saan ishee woyaa garuu hundaa hin amaaninii malaqaaa kee hin ergiin kaan darbee akaa seenatii kaan Fulduraa Akaa caratii hundaafuu wontti hin darbiiinee hin jiruu Amshr ijaa too Abdii hin kutatiin💔💔💔💓😭😭
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Rabbii sii haa laffiisuu birr dhiroochee erguu dogogortee hundaafuu atii birri kee ergiin lachuu dhisuufu ofii ta'ii
Qarshii kee itti hin ergiin qabadhu galiitti waantta yaade ittiin hojeedhtii ijoolleeke gudiifadhu adho koo jabbaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubachuu senii kee bayee garaa namaa nyataa lamanuu dhisii kobaa kee jiradhuu bareduu too amishrii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Lamaan saniyuu dhiisii jireenyaa jeef waggaa sadiis tahee lamaa ajabbadhuu hojjetadhuu sanaa boodaa galii mana hojjii xiqqo banaadhuu ottoo akkam taheeyuu laman saniyuu dhiisii sinii jedhaa anoi ijolee kee ni guddiftaa obsii obsii jabbadhuu jabbadhuu wantii darbinee jiruu😢😢😢🎉🎉
Jabadhuu qalii namaa rabbi siif haa lafisuu ❤❤😢😢😢😢
Abushir habibiti koo Rabin sitii Haa hanu wan darabe itii dhisi jireyena kee gara funduratii yalii cima taii qarishii kee qabadhu😢😢❤❤
Yaa obbolleettii koo bayee nama gadisisaa garuu moo
Jirenyii Wan dhabatee sitii hin fakkatii ittumaa fufaa Har, aa ati ijoollee lama qabatee of baleesuuf yadaa garuu moo utuu ijoollee kee sanaa akkati jirenyaa sanii jijjiirtuu yadee bor ijoollee kee har, aa sii qabuu har, aa yoo dadhabdee yuu bor ni boqotaa ijoollee kee seraa gudiis adaraa kee caraa ijoollee kee akka kan kee akka taneef Wan of Har, aa qabduu ijoollee kee barasifadhuu Mal baktaa bor ijoollee dokta ta, uu nama Adunyaa iraati hojii bekaama jetaan tani sii bosuu Dada, uu ati ijoollee yoo ilalatee Abdii kutaana keessaa kee hin fedhuu maloo ijoollee seraa gadiis dhamasaa koodhaa Wa, ee abba mana keef jaalallee kee duraa moo itti dhisii bodaa gafa galatee itti yadaa Amma garuu mallaqaa kee mana tokkoti hin ergii ijoolleef Wan isaa GA, uu ergii malee mallaqaa yoo qabatee hunduu sii baradaa yoo dhabadee garuu situu nama barbadaa kanfuu of jabisii qoramuun abdii dhaa malee badisaa mitii gafaa barii, uu ka, uu ni dukan, aa yoo nama darabuu ka, uus qoromataa cimaa atis cimii dhabadhuu sii jedhaa mucaa kee dubaraa inni sii mudatee akka ishee hin mudaneef jabadhuu bira dhabadhuu galatoomi waqayyoo siihaa garagara Wan sitii jabatee siif haa lafasuu obbolleeti koo
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Dhuguma keeti da.ima kee qofa guddifadhuu kaara haadha keeti ergif qarshii hamman booda qarshi kee itti hin.kennin.inni dura immoo maalif sidhisee hamma inni sijalatuu ilalli garuu isaa itti hin.erumin.ayiiii oma miti jajabaadhu waqayyoo gooftaan humna gudda sif haa ta.uu yaadaa gamee sif kennes itti fayyadamii uuuuuuuuffff 😭😭💔💔💔obsi adaarakee qarshi kee hin kennini obbolleetikoo da.ima kee ishee jalqabaf fakkeenya akka tatuu jabduu ta.ii sirratti haa baratuu jireenya hadunyaa barsisi adaraakee sitti hin dhagahamin anana kodetoo😭💔
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Yaa obboleettiikoo wontin sigorsu isadarberaa baradhu hin gowwomin kana caala maallaqakee fudhuu galii yoo ta'e wojjin jiraadhu yoo hin taanee kophaatti mana bitadhuu ijolleekee barsiifadhu seeraan seenaakee hin dhaalchisin ijoolleekee
Abshiir habbiibtii rabbiin si hagargaruu ani garuu aka yadaa kiyatii lachuu dhisiitii jirenyaa dhunfaa ketii jiradhuu abshiir rabbiin malaa sihabasuu 💔💔💔💖💖💖🙏🙏💤
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Senaa Kee bayy'ee Nama Gadisisaa. Garuu Dabee siifi Baruusa ishi jabadhuu
Jabadhuu obsii gifitikoo
Senan kee bayee na gadidsisee rabbii namaa garii sif ha kenu Ani akka yadda mataa kiyyatii lachuu dhisii jirenyaatif sin fayyadan Kan duras namuma ketif oso hin tanee fayidaf sii barbadee duraa mataa ketif jiradhuu ilmoon kee rabbi sif hagudisuu anis akkumaa kee ilmoo dhalaa takka qabaa ta, ee isii guddisuu jiraa biyyaa namaa hojataa dhiraa iraa fagadhee mataa kiyyaf jijiramaa hawaa hojachaa jiraa galata rabbii 😢😢💔
Waan bayyee hojjecha jirtan jabadhaa kana caalaa isinirra eegna 💚❤💚
oboletii koo rabituu sii katabee wanii tefii obsii hundaa dadii obsii
Lachuu dhisii kaduraa ilmoo wolinii si gatee wanii tefii ka lamataa malaqaa ketii wanii taphatefii ufiraa darbii
ilmoo kee lachuu fudhuu gudifadhuu 👩👧👧🥰🥰🥰
Yaa rabbih !? Oma mitii abshirii garuu ABBA mana kee ta'ee jalalee kee homa sih godhan dhisii ijoollee keef jiradhuu
Malaqaa kee qabadhu galii biyya ketii wan barbadee hojjatan ABBA mana koo jetee sharifee tokko iti ergin mataasaa hadanda'uu
Maallaqa Kee itti hin ergiini yeroo biyyaa keeti galtu hojji matta Kee ittin hojjettaa ammasiiti garu obssiti hojji Kee hojjedhu Adho koo homma miti Eshi ❤️❤️❤️❤️
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Uuffff dhugaa baayyee senaakee namaa gaadisisa abba manakees lamaata biiri itii hin ergin jallale kee isaa duratii hin deebi.iin .mulataa garaa funduraatii hojeedhu mataakee of jijiriii oboletikooo
Bayyee garaa namaa nyataa kan darbee iraa baradhuu malaqaa kee of harkatii qabadhuu galii ijollee tehe gudiifadhuu wayee hiriyummaa jedhammuu dhisiitii of dadayii jiradhuu ijollee kee barssifachuuf yalii akaa kee akaa hin tahanef adunyaan tunii qurumssan gutamttee jirtii wan tahef obsii 🥺🥺😔😔
Harmee Ke jia'aa 9 garaati Si batee fi Mucaa ke Gargaarii 2 Saani you Dhisii
Qarshii ke seraan Qabaadhu
Ijoole kee Waliin Fataa jedhii Jiraadhu👍👍👍👍
Attii kankirratuu offiif ijjoleenkee kan jirratan sif kanaf jabbadhuu mallaqakee qussadhuu yoos wan hunddayuu sif milkaha
Seenaan kee Kan dabarsiitee baay'ee nama gaddiisisaa abshir hunduu gaarummadhafii jedhitii fudhuu!!
Waaqayyoo dhibee kee sii fayyiisee galateeffadhuu🙇♀️🙏kun jaarsaa kootii kun jaalallee kootii Kam na wayyaa jechuu dhiisii sammuu kee tasgabbeessii of jabeessii Kan darbee hundaa dhiisii fundurattii jabadhuu hojeedhuu firii hojii keetii ofii harkattii qabadhuu✊💪kenyaaf kootiin gargarii kee keetii namnii sii wajjiin jiruu biyyaa ormaaf mana ormaa argee hin jiruu😢warrii biyyaa kana nuuf hin beekanii yaa obbooleettii koo jabadhuu waaqayyoon sii haa gargaruu ijoollee kees siif haa guddiisuu nagan milkiin ittii sii haa galchuu🥰🥰🥰
🥵🥵🥵🥵dhiraa ijollee qabuu irra qobaa ke dalagatte uf jijjiruu sif wayya
Rabbiin sihaagargaaru jechuun waan sitti jabaate siif halaafisu jabaadhu
Obbolleetikoo dhiisi waa'edhuma dhiiraa bara ammaa jaalaleenikee ini duriisi qarshiikeetiifi siifi haagalatuu dubinii
asumanu gamme kenya asosama ni dhifte maloo adara nuf fidii.!!!!!!!! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshirii habibtikoo jirenyii adunya kunii buredhaa damakoo anii akaa yadaa kiyatii malaqakee hin erginii ofumaa ketii gudunfadhuu yaa kiya wanii hudumafuu rabinii sifii haa lafisuu🤲🙏💖💖
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Yaa obboletii Koo hunduu madaa ni qaba.atii garuu maaf was of gochuu yaada?kunii dadhabi a Kee argisisaa.kanafuu qarshii Kee kawwadhuti lachuu saniyyu dhiisiti mataan Kee foyyessi kana dhaamsi koo.aniis dhiiruma na jibbisiseera kanafuun akka kooti kutanoo godhuu jabadhuu hojji Kee itti fufii
Jabadhu abadikutatinii
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
Bilok godhii hundumaa isaniyyu
Lamanuu dhisii dalagadhuu uf jijjirii wan ufii to
Kaan duraa baroontaa siifhaa ta'uu hamaa garuu jabadhuu hojedhuu kaan hojetee hadhaa Kee gargara ijoolee Kee Akka sii gudistuu godhii qarshii dhiratii erguuf garuu irraa ofi qusadhuu waqaayoo saa gargaruu jabadhuu harii boruu miti
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
@@finiinaa_media tolee atiisi Kootuu
Abishri habibtii
Senani
Kee
Bayye nama
Barsisaa
Garuu
Qarshi Kee
Kananii bode
Itti hikenini
Enyutuu
Gara
Kee
Hin
Himuni
Wqyon
Kadhadhuu
Obsii
Namani kamiyyuu
Mudanoofi
Qorumsaa hin
Dhabuu
Garuu abidi
Kee
Hin
Muratini
,💔😭
uuuuuufff bayee nama gadiisii yaa obolletii koo Raabii sii haa gargaru Abdii hin muratii 😭😭😭☝️☝️❤❤
Abshiri habiibti Obsaan dabarsi garu kana booda huma ittin ergiin qarshike qabadhu ijolleekeef jiraadhu
Guduunfadhu
Homa miti waaqayyo beekadha jabaadhu obsii furtu waan hundaati,.
Namaa, garaati, hundii, jalalleke, obbooleti, ijjolekef, jiradhu, atii,
Dhugaa ketii Gammee
WELCOME OROMIA 24♥️
Maal jechuudha jedhe akkuma taayyee danda.aa🤣 miidhama dura sirra gaheef obsi. Mallaqa Kee fira amantu yoo qabaatte isaanitti ergadhu. Garuu lameen isaaniituu mallaqa kee itti hin ergin jaalalleen kee kan duraas mallaqaaf si barbaada abbaa manaa keetis mallaqa itti hin ergin harkatti qabadhu malee🥰😥
😀😀jechichii anf ilee naf galuu didee
Haadho koo dhisii atii of hin dhibisiin ofii keyuu biyaa ormaa jirtaa namani hunduu birii ilaalaa maale akatii dhufuu namani bekuu hin jiruu kaanafuu birii kee namaa amatuu yoo qabate itii argaadhuu namani bara kaanasii hin amaanamuu yoo bukii qabate birii kee namati hin ergiin bukii kee iraa kawadhuu namaa kamii iraa yuu yaada kee kasii jabadhuu hojeedhuu harii bor mitii waaqayyo yaada gaarii sii qabaa Lube koo Kotu Bunaa moo dhugii Biyaa Tokko jiraa
Hadaraa obbolleti kiyyaa Abba mana kee kan qarshii kee nyatee Sanatii Qarshii Hin ergiin Kun dhamsa kiyyaa
Ofii kee harkatii qabadhuu gafaa biyya galtuu Hojii irra olchataa
Dhala kee ittin gudifataa
Waqqayyoo Wan Yaade hundumaa Sif haa guttu 🙏
Yaaraabiiko
Ayizoshi. Oboleti tenya. Ati jabadhudha dhuga rabi garu amachi. Dayima ketifi. Ofi bichadha jiradhuu
Jabadhu in darba hundu
Senaa bayee garaa namaa
Nyatudhaa kanaf isaan laman
Isanii dhisii namaa biraa wajiin jiradhuu garuu isan laman siin
Jalataan kanaf namaa biraa wajiin jiradhuu ❤️💚💚
Senaan kee namaa gadisisaa jireenyii qormataa heduu qabdii gaaru qormatawwaan sii mudataniraas baraachu qabdaa oboleti koo abban manaa kee namaa jijiramuu mitii qarshi osoo nama jijiramuu barbaduu ta'ee duraa dogongore balesuu danda'aa ammaa imo dogongoraa isaraa barachuu qabaa turee oboleeti koo biyyaa ormaatii humnaa kee fixinii qarshii kee qabaadhu atii hojaate of haa jiraachisuu inii ijoolee keef darbi darbii harmee keerati ergif waanta isaan barbachisu ishiin yaa gutufii mukzii tokko nii araa maale boba'uu jedhaa oromon atii qoftii dhamatee hin ta'uu jiruun atii hojaate abban mana kee ergaa baalesu homma bu'a qabuu
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
An kanin jedhu yoo jiraate maalaqa kee jiaa jiaan isatti hin ergini
Wan mucaa ketif tauu qofaa isatti ergii waan haffee moo offirka godhu male hundaasa isatti hin ergini🙏
Murtenke siridha jirenya hara Egali lamen isanituira fagadhu
Kaleessa dhageefadhe yeroo yadda koo qodadhuu dhabe
Qaalii tiya bay'ee nama gadisissa garuu namni nama ta'e kaan hin qormatamne hin jiru ammayyu ni dhaqabda dogoggora keenya irra debine ilaale irra barachuu qabna ati wagga 2 isaa nyaachifte irra hin barane
Kana booda isaarati qarshiis ta'e hariiro kee dhabi sammu kee tasgabessi isaani lachuu dhisi jireenya gara bira jiradhuu dursa rakko kana keessa bayyuf enyuunu hin mariyatin sammu keetif gaffiif debii godhii murtessi
Obsii obsun huda Cala rabin sif halafisuu 🤲🤲tiruu ko abshiir rabbiin wan ati yade hudayuui sif milkesu okutii too
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
2chuu dhisii ijoleekee guudiifadhuu
Isaan dhissi ofii keef ijoollee keef yaadi
Rabbi siif yaa barisisu uuuuuuufffffff nama gaddisisa
2 Mani dhiftee malaqaa ishii ofifi olkawatee boruu guyyaa biratii jari lachuu hin fayadaan
Lammanuu dhiisii ijoollee kee Harmee keetii Keenii achiitti gargaarii hojii kee hojeedhu yoo jiraatee waan bayyee hojeechuu dandeessa Nama obsa qabuu tahuu qabda obboleettii kiyya
Malaqa ke enyunu amante itin hin kenin jalale ke kan dura sunis sif hin tahu utu si jalate duruma si gatu lamanu sif hin tahanu dhisi jirenya mata keti murtefadhu male ofin ajesa isa jetu dhisi ganadha jirenya badhadhe jirata obboleti ko anu wagga 6 wanan hojedhe dhaben taha jira Alhamdulillah wagga 3 kesati sani ol argadhe samu naga jirata jira
Yaa rabbii sii yaa eguu oboleetii koo.bakaa jiratuu tii🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲💔💔💔🙏🙏🙏🙏💔💔🙏🙏💔💔🙏🙏💔💔
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Homaa mitii adhokoo isaa darbee yadee samuu kee of hin dhipisini isaa kanan qarshii kee immoo enyu tokko tile hin Latin ofirkati qabadhu kanachimoo akkahonti bakumaa jirtu banadhu jabadhu waqayyoo jiraa
😭😭 uuuuuuuuuu calis birriikee wolti qabudha giftikoo
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Ani akaa yaddaa kiyati lamanu nama jirenyaf si ta'u miti. Ijolee keti jedhii jiradhuu
Wwww yaa cara duartii bara kana rabbin isii haa lafisuu
Abdii hin kutatin namni kan abdii kutatu yoo du.e qofa atti kan darbee hin darbatan jedhamire oromon yo mammaku atti kan darbee yaadu dhiisiiti kan dhufufi jabadhu hojjadhu maqala kee nama tokkole hin keenin qamisii keetiti gudufatu sii qofa miitti yadanon akana adunyaa gutu keessa wollin gahera nama tokkole hin amanin rabbin maale rabbi ajese nama kasa ambshiirii
Lamanuu haa dhistuu dhuaga rabbii😭😭😭
Abshire oboleti koo jabadhu hojii kee hojedhu malaqaa kee wolit qabadhu
Uuuuuuufffff namaa gadisisaa dhugaa Rabbii garuu Abdii hin kutiin
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
Maliii jechuuudha jeedha tyeee dnda😁 Abshrrii Barreeduu ko Rabinii jira
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
Abshir jabadhuu
Baga naaga dhuftee gamee
Wel Come Gammee bagaa Nagayyaan dhuftee
dhuGaaaa eraga Gari dabaradsianifi
sena baye nama gadisisu homa miti obboleti koo kan daribe miti kan fundura yadii enyumitu akka yero faya jiranitifi akka qabenya yero qabdu namini si jalatu miti obboleti koo guba biyya orima kan biya jieu miti kan biyya orima deme galeyu sif hin yadu kana boda ani akka obboleti ketiti na ilali sin gorisa kana bodda qarishi ke harika kerati qabadhu isa dhisiti da.iman ke guddifadhu qarishi ke isarati hin erigin obboleti koo adara adara adara maqa waqqayyotinin si gafadha mati naf ta.i obboleti koo rabi si umen si qabe adara wan ofi too bayyen gade hadho koo jabadhu waqayyo si ya jajebesu jabadhu
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
Baay,ee namaa Gadisis dhugaa 😢😢😢😢😢
Uuuuuuuffff Rabbii sii seenaa garaa nama nyaattuu😥😥😥😥
Waaqayoo guyyaa qaba hadhokoo
Jiruun duniyaa tuni bu aa bahii heedduu qabdii garuu rakkoo dabarsite laaltee of hin miidhin abdii hin murini wanti ani siif dhaamuu keesa tokko maallaaqa kee jabaafadhuu hin yaadini waan darbeef funduraa kee kayyeefadhuu waan darbee akka seenati kaahii
Waan jedhamu hundaa Gammeen siin jedhera... anis kama inni siin jedhe irrati
Obboleeti dhiira amante birri kee itti ergin dhiirri amma jalala caala birri jalata.. Rabbin waa hundaa kessati sii ha jabbessu abdii hin kutatin ijollee keetif jiradhu..birri ammo waa hundaa keeti jabeffadhu
@Guyyoo wariyyoo aba jirma atis sanyii keenya rakkoo hinqabu garuu of ta'i maqaa Guyyootiin maaf daldalta?
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii maloo
Uuufffeee Yaa dubartumaa!!!!!!
Woyi Caarraa kenyaa!!!!!!!
Hundaafu malaqaa kee Jabbefadhu nama tokkoti hin ergiin. Jalallee kee malaqa keetiin hojii guyya irraa bahuf malee Jalalaa keetiif mitii,
Kaan darbee dhisi kaan dhufuuti jabadhun dhamsaa kootii!!
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo qalii
ana dhufuu
Abshiir Rabbumaa jiraa
Namaa tokkotuu birri kee hin ergin waliti qabadhuu galii hojji umadhuu ijolee kee guddifadhuu
Wel come gamee
Senan kee baayyee namaa gadisisaa obboletii koo waqayyoo obsaa siif haa latuu jabadhuu obsii hunduu ni darbaa malaqaa kee itti hin erginii lamataa abdii hin kutin yoo sii danda'amee gorsii abba mana mee ayii dhiraa baraa kana
Lamansaniyuu dhisii qobaa kee jiradhuuu birrii kee nama tokkotiyuu hin ergiin boor hin barbadamtaa hin dhiphatin of kabbachuuf calisiii nama tokkoyuu hin ilalin ammas xiqoo obsii OK ❤
Bareduu tiyyaa hundaa dhisii ijolee kee gudifadhuu malaqaa kee moo namaa tokkooti ergiin kaa kalesaa dabarsiteraa baradhuu ani gamee bayyee tokkoo durasaa sii hordofaa turee ammaa sii hordofaa jiraa rakkoo.guddaa keessaa jiraa garuu yoo kaa obolewaan kiyyaa laluu kiyyaa xiqqoodha yoo malaqaa kee qabatee hunduu sii kabajee jirataa oboletii tiyyaa kun dhamaasa kotii
Silkii abba manaa kees kan jaalalle kees blok godhi callisi hajjetadhu fuldura keef yaadi dhimma abba manaaf hin dhiphatiin ijoolle kee sirritti guddifadhu bakka gaari akkasan gahan godhi carran simudate ijoolle keef gorsa ta'uu qaba
Obboleetti keenya dhiisi laman jarayyuu humna kee walitti qabadhu galii hojii keetin uumadhu qofa jiraadhu waaqayyoon immo akeeka siif qaba ati garu qarshii ke ol ke'adhu
Abshiir sistuu koo Abdi hin kuutiin murtoo Mataa keeti murttefaadhuu
Jabduu yaada gammane jedheen sif qaba 🙏💔😥
❤❤❤❤
Obboleettii koo amma boda ati wan sif gari tae dalagi lubbuu kee ofjabessii amma bodaa ijolee kee jabefadhuu mallaqa kee jabessii rabbin sif ha birmatuu
Isaan lamaanu dhiisi jireenya harawa jalaqaabi ofeegannodhan