Obboletti Tiyya Maliif Bochistaan Garuu Maal Isiin Gootee

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 сен 2024
  • Dont Forget To Subscribe My Chanell

Комментарии • 101

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 3 месяца назад +5

    Nun waan akkas sin jenneef afaan ofin boonuun waan guddaadha kanaf akkas jennee oromooti gaafa hasooftu afaan oromoo hasaa, a afaan saba biraas hasuun badii hin qabu garuu gaafa waal biraa jirtaan afaan oromoo dubaadha😊❤

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j 3 месяца назад +9

    Amaa sirrateraa tole afaan ofii kabaja dhaa afaan keetiin boonii😢😢😢😢😢😢

  • @obseobse563
    @obseobse563 3 месяца назад +11

    Etalem nama hin komatiin namoonnii kan afaan oromoo jaallataniif oromoon akka salphattii as hin geenyee atis beektaa finfinnee keessaattii oromoon oromiffaa haasa'uu hin danda'uu turee har'aa garuu hunduu jijjiramee galata waaqayyoo gana Etho guutuun oromiffaa haasooftii😂😂💪

  • @tigesttigest5862
    @tigesttigest5862 3 месяца назад +1

    😂😂😂😂❤my shawaa diddaan dhugumaa jedheen nutti warii shawaa debiliqi hasofnaa dhugaa oromifaa qulqllun hin dubanuu dhugaadhaf yoo ta.ee anii ijoole Arsii walagga wajaan hojadhaa waninni anni dubadhuu bayee hin bekkan dhuga nutti waraa shawaa Afaan kenyaan bonaa itti hin kanfaanu garuu nutaradaa

  • @user-se6wr9zd7r
    @user-se6wr9zd7r 3 месяца назад

    Dhifaama goonefo dhugaa dha garuu bekku Afaan kamuu si fayaada garuu Afaan oromoo akka salphaati mitii kan dhufe Nama heduu itti dhabne 😢

  • @kalmedakaso729
    @kalmedakaso729 3 месяца назад +8

    Dhifama sifi gone 😂kano 😂diditi mee guyyaa tokko prank nufi godhi kano🤣🤪🤪🤪comment kan akka lale garu na ajesti dhugaa 😂😂😂😂l love you 😍 😘 ❤️ family 👪 😘

  • @OpsyOpsy-ti9zs
    @OpsyOpsy-ti9zs 3 месяца назад +7

    DHugaa rabbii osoo maal tahere afaan koo hin dagadhu

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 3 месяца назад +1

    Yeroo baay'ee diddaa qofatu Affaan oromoo qulqulluu haasaya🎉❤👍
    Haati manaa didaale walitti maytee haasoyti 😜🤣🥰
    Namni waggaa 100yu yoo biyya namaa ture Affaan irati dhalatee irati guddate hin dagatu nuyuu wagaa11biyya arabaa jiru hin daganne😅
    Beekaa akkana godhati😋🥰🤣

  • @milkobekele5972
    @milkobekele5972 3 месяца назад +10

    Abet Abet maal jechudha hundii kenyaa wagaa meqaa jiranee afan kenyaa hin dagane ani hiriyan koo hundii amarifa hasa'uu garuu tokoo ani amarifa iti hin dabaluu

    • @obseobse563
      @obseobse563 3 месяца назад +2

      Warrii akkasii sobduudhaa abbeeran koo finfinnee keessaattii daa'imummaadhan achiittii guddatanii achumattii baratanii hojiillee hojeetanii takkaa afaan oromoo hin caccabsan qulqulluu haasa'uu dhugaa waaqa
      Warrii xiqqoo waggaa 2,3 finfinnee keessaa yeroo ta'anii dhufaan akka waan wallalanii goggodhatanii🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @milkobekele5972
      @milkobekele5972 3 месяца назад

      S@@obseobse563 kkkkkkkkkkk amerikatu dhalatani gudatani afaan isani sirit hasa'uu

    • @user-cm6no7cn6o
      @user-cm6no7cn6o 3 месяца назад

      Dhugaa ketii kun fakesaa malee afaan dalota ofii akaami akasit dagataan

    • @mahmoudrawashdeh9151
      @mahmoudrawashdeh9151 3 месяца назад

      Dhisi isheen akkas fakkartudha silaa yeroo baay.e kana tufaatantu nama tufaata jedhani utuu bereedi ta.e akkam nama gooti kuni😂😂😂😂😂😂😛😛😛😛😛

    • @fatamabh2326
      @fatamabh2326 3 месяца назад +1

      Beekaa albaati kalbin

  • @obsa5107
    @obsa5107 3 месяца назад +3

    Osoo beekttu akka naman bekne ta'uun doofumadha
    Nuyi osoon taane maatidhuma keettti muudi qabadhu
    Muudin ati amma arramadu kun muudi bara hayilasilaseti
    Kan irra hafe dida baay'ee si kabaja jabaadhu bro

  • @meronkiflu8162
    @meronkiflu8162 3 месяца назад

    Maal waggaa 6tti Afaan wal'aaltii sobduu

  • @Fayine22
    @Fayine22 3 месяца назад +1

    Italatii bareduu tiyyaa dhugaa yoo dubanee namani kami afani hudaa yoo dadetii yoo qabatee bayee baredaa garuu afani ufii dubatii debisuu garii mitii fakenyaf Ani biyyaa sudii arbii wogaa 12 jiraa garuu afakiyaa hin wolalee tuni garuu ufii jajuu yoki ufii akabadu fakatii huduu Ani dhifamaa sii godhee irraa Debitee kaa sii dhamuu afani kee enyumaa ketii adaa kee enyumaa ketii mataa kee ruhii ketii hadhaa durasaa wanii ketifi botaa kenii garuu dhifamaa isin jaladhaa hudaa keessa ❤❤❤❤

  • @kababushtashomaa
    @kababushtashomaa 3 месяца назад +1

    Waal biraa isiin haa jaalatuu diditi❤❤

  • @Lidiyaa926
    @Lidiyaa926 3 месяца назад

    Of walaluu malee ishee mitii daa'imman biyya ormatti dhalate iyyu afaan ofii hin dagatuu. Afaan kamuu dubbachuu odeessuu rakkoo hin qabuu.

  • @masibirahanu5204
    @masibirahanu5204 3 месяца назад +1

    Noraa Mati jalalaa italem Baga nagaan dhufte mucan kesani hoo
    Obboletii keenyaas baga nagan galte homa miti afaan inuma nama jalaa bada dogongoru wanuma jiru anis Saudi Arabia wagga saadi ta'en gidun biyya gale yoon maatiti Hasa'u afaan arabifati na kata yero san akka amma kanati ijoolle kenyaan afaan oromoo dhisiti ijoolle afaan amarifan hasa'aan argachun anaaf dhebudhaa dhugaa waaqa kanaf homaa mitii garu ijoollen kenyaa Tokko tokkoo of jejaa kessa darbani osoo dubachu danda'anu kan afaan ofiti qanefatu ni argina kan immoo osoo Hasa'u fedhanu kan affan birati jala katudha argina kanaf waroni comment kenitan suuta jedha namati quba hin qabina osoo danda'ame akkuma obboletiin kenyaaa jetee afaan hundaa oso hasofne nu fayyada malee nu goda'u mee isiin wari biyya hambaa jirtan biyyaa kenyaaf waaqayyoo kadhadhaa tokkummaa nuuf kenni nagenyaa,wali galte, jaalalaa, araraa nuuf bayy'isii jedhaa kadhadhaa akkumaa amantaa kessanitin ofifu waa'een biyyaa kenyaa nama yaadesa kan hara'a wal argite boru obira dhabdu kanaf maaf nuuti qubaa waliti qabnaa 😢

  • @ማራናታ-ከ5ጘ
    @ማራናታ-ከ5ጘ 3 месяца назад

    Adaara Gaabr'eel hin bartaa ijoollee walin oli daafte akka deebbaftu afaan kee🥰🥰🥰

  • @Obsee4495
    @Obsee4495 3 месяца назад

    Qumceen Nama mitii mo😢 Rabii sin haa Quncisuu jedhuu

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j 3 месяца назад +1

    Nuugaaleraa garuu afaan kee hin dagaatiin 😢😢😢😢😢

  • @texstexs8679
    @texstexs8679 3 месяца назад +1

    Wagga meqaatti afaan ofii iraafatan garuu😂😂😂😂

  • @ameenaam954
    @ameenaam954 Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hiwotguluma4944
    @hiwotguluma4944 3 месяца назад

    of jejaa jetee malee sirritti beketti 😂😂

  • @addisketema-my1uh
    @addisketema-my1uh 3 месяца назад +1

    Yeeroo duraa dhuftee italeminis na,xanyaa jechanii turan ijolumaa oromoo kanaa malii kunii safudhaa boooo😂😂

  • @NetoBekane
    @NetoBekane 3 месяца назад

    An Wagga Kudhan arabaa walin hojadhe hin sobdi sobdu icii😅😅😅

  • @mrsha8808
    @mrsha8808 3 месяца назад

    🎉🎉🎉🎉🎉❤❤baga nagadha gaalate 🎉🎉🎉

  • @hanatu
    @hanatu 3 месяца назад +1

    Wantii hafee hafaa malee otoo wagaa meqaa biyaa ormaa turee afini biyako hini dagadhuu hayee dhifamaa

  • @faedasalman3532
    @faedasalman3532 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @muna2437
    @muna2437 3 месяца назад +1

    Waani hundaa bekuu bayee bareda garuu namni bakaa heduti hikani biyaa farsayi kesati namni afaani isni hin bekeni dirqamaa barsisuu sababi isa gudinaa biyaa isni sani waani barbadanfi

  • @kiyaa960
    @kiyaa960 3 месяца назад

    jesbaa Akkamiti afaan ofii dhagatama

  • @dirbi5524
    @dirbi5524 3 месяца назад

    Iraftee jirtii😂😂😂

  • @YazRoom
    @YazRoom 3 месяца назад +2

    Kun sobaa beekaa gotii malee Ani waggaa 7 hojeedhee Afaan Koo hni daganee maal jeechuudha jeedhee tayee danada.aa😮😮

  • @user-cm6no7cn6o
    @user-cm6no7cn6o 3 месяца назад

    Tolee dhifamaa gonefii qalii kenaa

  • @garrameegashulaa9628
    @garrameegashulaa9628 3 месяца назад

    😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣har'aa kolfee annii

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 3 месяца назад

    Etalem welgaa qofaa oromifaa qullquluu dubataa aniis shewadha garuu akaa oboletii didaa off hiin tuluu ishin maqaa matiin basefii dirasii qanoftee mee oftii amanuma hiin qabduu

  • @udhush3381
    @udhush3381 3 месяца назад

    Maa akkaa waan affaan hin bene godhati walhi wagaa meqaa yoo jiratan wanti namarka hin baduu

  • @waorkwaork3280
    @waorkwaork3280 3 месяца назад

    😂😂😂😂😂😂 bagaa si arbisiinee si siresinee ❤❤❤❤

  • @almaztollu3255
    @almaztollu3255 3 месяца назад

    Maati nafta.i❤❤❤❤❤🎉🎉 Dida

  • @asterkumsabelemo2036
    @asterkumsabelemo2036 3 месяца назад

    Dida❤❤❤❤

  • @yazanalsadi3091
    @yazanalsadi3091 3 месяца назад

    Kkkkkk Anii waggaa dhibaa osoon biyyaa Ormaa jiraadhee Afaan koo hin dagadhuu dhugaa

  • @NetoBekane
    @NetoBekane 3 месяца назад

    Maa sobduu 😅😅

  • @hawifayisa2581
    @hawifayisa2581 3 месяца назад

    Shawaa iddoo kamii ijoo warra nannoo jara jiruu yoo ta'e Malee hundii walitti hin makkuu maal tataan 😅😅❤

  • @jalaaneejalaanee4030
    @jalaaneejalaanee4030 Месяц назад

    ❤😂

  • @DidaChala-t7c
    @DidaChala-t7c 3 месяца назад

    Woww

  • @masiialamu482
    @masiialamu482 3 месяца назад

    Nuuti waggaa 8 ergaa biyyaa ormaa jiraadhu egaalee

  • @obseobse563
    @obseobse563 3 месяца назад

    Wel come my sister(Chirstin) 🤣🤣🤣🤣🥰🥰

  • @LenseArarsa
    @LenseArarsa 3 месяца назад +3

    Wagguma shanittii afaan kee dagattee 😂😂😂 warrii waggaa kudhaan turanuu hin dagannee of hakkabaduudha kun

  • @ababooman9494
    @ababooman9494 3 месяца назад

    😂😂😂😂😂😂Hara moo hargee nu fudee 🙄🤧😁😁😁😁

  • @aaliyaibrahim9176
    @aaliyaibrahim9176 3 месяца назад +2

    kkkkkkk kkkkkk

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 3 месяца назад

    dida mucani si fakati dhugaadha ijara hafa jiradha hamani isin hin argin gariin sin darbin garu afaani kamu baradhu dubadhu garu afaan ofii kabaja qabachu qaba sababiin isasi afaan kana arsaa meqatu itti ba:e kani ani male sin lole ille ani damoo wagaa5 kessati hin irranfatamu dhugaadha kan kudha tokko ta:u iyyu hin dagatu mali matii kee ni dubistami dawalte yeroo mara hundafu isin jsladha ani itallem amarani se:e bari hati kefi obolleti kee afaaniti oromoo hin dubatani

  • @chaltukebede1759
    @chaltukebede1759 3 месяца назад

    Kkkkkkk

  • @ayantuayantu2300
    @ayantuayantu2300 3 месяца назад

    😂😂❤️❤️🥰🥰

  • @NugusaawajiTolsaa
    @NugusaawajiTolsaa 3 месяца назад

    Wallaggaa King

  • @Kume-rz7ve
    @Kume-rz7ve 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤😅😅😅😅

  • @user-se6wr9zd7r
    @user-se6wr9zd7r 3 месяца назад

    Dida hojii kee nyaadhu 😅😅😅😅😅

  • @oromokoo-bk1zn
    @oromokoo-bk1zn 3 месяца назад

    Kuni dhugaa miiti soba

  • @abdiiikoowaqayooqofadha3395
    @abdiiikoowaqayooqofadha3395 3 месяца назад

    ❤❤❤

  • @FiroomtuuShow
    @FiroomtuuShow 3 месяца назад +1

    Ani kunoo Arabootattu Afaan oromoon odeessa jira shaaggee teenya!hundumaafu anu hasoofni kee baay'ee na dabbare ture osoo afaan oromoo dandeessu maaf walkeessa makkattu

  • @fiteleshito5729
    @fiteleshito5729 3 месяца назад

    😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @fatamabh2326
    @fatamabh2326 3 месяца назад

    Beekaa muudii qabatii kolkolleen ani wogaa 8 afaan koo hindagadhu

  • @LeggesaHirphe
    @LeggesaHirphe 3 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @naajimahamed
    @naajimahamed 3 месяца назад +2

    Afaanoromo.afaan.haacaaluuhundeyssaa.ittiwareegame.irrattiwaregamna.Afaan.DR.Alibirraa❤❤gizee.afaanoromohasoftandasnama.ja.aadhugarabbi.irradduuna.afaankeenyaa❤❤❤❤didaanoromodhugaati

  • @orommo
    @orommo 3 месяца назад

    🥰🥰❤❤🤪🤪🤪🤪👈

  • @user-se6wr9zd7r
    @user-se6wr9zd7r 3 месяца назад

    Mirgaa qabana dubachu Afaan oromoo irraati qaldiin hin jiru

  • @AminaFeyisoo
    @AminaFeyisoo 3 месяца назад

    Akkamiti Afaan dhalloottaa ishe wallaaltii 😂😂😂 waggaa 20 tu hin dagatan afaan ofi 😅

  • @JojAhahah
    @JojAhahah 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @BurteBurte-pn5bk
    @BurteBurte-pn5bk 3 месяца назад

    🎉🎉🎉

  • @AskaalaaShibiruu
    @AskaalaaShibiruu 3 месяца назад

    ❤❤🎉

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 3 месяца назад

    Of jajii kun jartiin abo nuti ass hiin fidina chirstan maqan koo jetee nalee siruma jalaee ishiin wal bartii setee moo🤔 etalem otuu of jajee iraa hiin bareda

    • @Didatube
      @Didatube  3 месяца назад

      Meron Chala Lakki Sii Wayyaa Hhhhhh

    • @soliyanachalaa4397
      @soliyanachalaa4397 3 месяца назад

      @@Didatube dhugaa dida bayee itii aree anii nama off jajuun jibaa I'm sorry 🙄

  • @kaddesik1646
    @kaddesik1646 3 месяца назад

    Bagaa arbsan anu arbsuf jedhen dhisee maalif akkaa nama afan oromoo in beknete dubatii eshen oromiyaa keessaati dhalatee aja,ibaam

  • @LoovyLoovy
    @LoovyLoovy 3 месяца назад

    Didda laafa kaarita qaabbu mojo keessa nuufii hojedhuu

  • @obseobse563
    @obseobse563 3 месяца назад

    Kkkkkkkkk nama kofalchiiftuu

  • @user-ht4bg5sc5z
    @user-ht4bg5sc5z 3 месяца назад

    Hiini sobini afan kee wagaa dhibaa 100 oso tuurtee hini hirafata muu

  • @Uae4040-w3u
    @Uae4040-w3u 3 месяца назад

    Soba kuni Shufi habibti Waggaa Ethiopia kesa jirate Caalamo?Waggaa Biyyaa Ala jirate Caala? Wagga 8 guddadha Afan ke si dagachisa? Kan of hin dagaanenyu Rabi si baseeka😏😏😏 Waree Of Jaja kun Uuuussss
    Eenyyuumtu Afan isa hin dagatuu dhugaa dhugaa habibti Ani Waggaa 10 Lakkoofsisan jira Afanko Akka barbaadetin hasaha
    Yo hirriyonike Afan bira hasahani Afanke dagatare? Mali Matike duubisti hin bektumo? Bad Asi
    Wan hundaafu baga nagan galtee Fakarike Ji'a tokko bida sira gala😂😂

  • @Sarah-ch2cn
    @Sarah-ch2cn 3 месяца назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @fireenadhii4764
    @fireenadhii4764 3 месяца назад

    Way oromoo irraa darbun hin jiru miti 😂😂😂😂😂😂😂 Amma obboletti pirank godhii mee didaa

  • @ababooman9494
    @ababooman9494 3 месяца назад

    Waranych dhugaa akamiti afan oromoo dagata oromtu guteyu dubai kesaa

  • @obseobse563
    @obseobse563 3 месяца назад

    OK yes yes😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @jamnsheiitooiissaa3379
    @jamnsheiitooiissaa3379 3 месяца назад

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🤝🤝🤝🤝🤝

  • @kiyaa960
    @kiyaa960 3 месяца назад

    Nuti wagaa 10 oil garu afan koo Hin dhagadhu gowaa maal ofjaja esaa galtee off setee

  • @nanikifle3401
    @nanikifle3401 3 месяца назад +1

    Afaan rakko hin qabu yaduma walaluman isinit tabata warota afan Oromoo male jetan tun tole malf afan English yoo hssoftan ykn namni hasau malif hin dubanere jalatans jibaitans afaan amarifa afanuma Ethiopia ytti kanuma biya kesantiti fakenyaf anis afan oromos amrifas engilfas kan adunya hundi naf qixedha osson dandae hunda isatu dubadhe nan gamada doffaaa hin taina namoni tokko tokko 😏

  • @linashibeshi9688
    @linashibeshi9688 3 месяца назад

    ምን ሕያላችሁ ነው ?

  • @OpsyOpsy-ti9zs
    @OpsyOpsy-ti9zs 3 месяца назад

    🤣🤣🤣

  • @SameeraS-zs7ee
    @SameeraS-zs7ee 3 месяца назад

    afani amahara derekhama namini hunduu bekuu qabaa afaan federalatii

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 3 месяца назад

    Afaan oromoo dhiigaa dhuufee qosaanni hin jiruu 😮😮😮😮🥺🥺🥺🥺🥺🥺
    Amarii dinaa oromootii ofqusaadhaa🤧👎👎

  • @tigesttigest5862
    @tigesttigest5862 3 месяца назад

    😂😂😂😂❤my shawaa diddaan dhugumaa jedheen nutti warii shawaa debiliqi hasofnaa dhugaa oromifaa qulqllun hin dubanuu dhugaadhaf yoo ta.ee anii ijoole Arsii walagga wajaan hojadhaa waninni anni dubadhuu bayee hin bekkan dhuga nutti waraa shawaa Afaan kenyaan bonaa itti hin kanfaanu garuu nutaradaa

  • @asterbetty1347
    @asterbetty1347 3 месяца назад

    ❤❤

  • @aaliyaibrahim9176
    @aaliyaibrahim9176 3 месяца назад +1

    kkkkkkk kkkkkk

  • @Shaltomimi
    @Shaltomimi 3 месяца назад

    ❤❤❤❤

  • @alfiyajamel1975
    @alfiyajamel1975 3 месяца назад

  • @dinkedinke3910
    @dinkedinke3910 3 месяца назад

    ❤❤❤❤🎉🎉