Mee mucaa kana irraa mali baratan inni kolfaa asii osoo wali hin galiin walitti galani isayyuu kana senadha jedhee hasa,a isan lamanu nan mararan da,imni isani akkam ta,a ammaa inni akkana jiraa hubbanna nama hasa,a isaa irraa hamma tokko ni hubatu dai,imchi hadhaa biratti yoo guddatte abba budenatu jira abba birrattis yoo guddate innis boda hadha mana fuchun isaa hin hafuu miccatin hadha buddenna harkatti guddatti ana kan naa yachisa jiruu da,imaadha bayyee ulfata nami fedhii ofii qofaa hordofe nama saddaffa dhufuu sanif wali galani itti gafatamumma hin fudhatan tanan nama sadaffa sanif ni ulfataa
namnii arkasattii kolfitaan lik😅😅😅qubasaa akkainnii godhaa jiruu
Gazixesiituu kanaa heduu natii toltii dhugaa 🎉❤
😅😅
Nii sodaataa malee keesaa isaa waan dubbatuu baayee jiraa miskinaa 😢
Tan 3ffa ishe akka haadhati si jalatu siif haa kennu rabbin Abshir 😢
Kanaasi jalaali qàbeetumaa moo miciraama wa,ii gowaan hin dhalaatin dhalaatu hin gudaatin kaan jedhaani kaan àkkanati maali godhaata mudiin jaala corobeer hasadha,i hasaadha ogaana
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
Akkuma jalqabdeen imiman sii dhufee natti fakata
Akka kanatii yomuu hin jalatuu gowaa 😊
Abashirii,😢😢😢😢😢😢
Kun dhugumaa da'iimaa haasan maatafi milaa hin qabu😂😂😂😂
Ufuma dhufte ufuma demte dhisika 😂
Sakkaramii maali nutii fidaani maalòo moneetin esaa jirtii isheen bektuudha dhugaa rabbi osoo mooneti tatee sakaraami kaanafi yeroo hin gubduu
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
😅😅😅 wayyoo garaa koo 🤣
😅😅
😂😂😂😂
Qarshii hin qabdumoo ati isaan kan akkasii barbaadu 99.9% warri shamarranii 😢😢😢
😅namtish namaa kolfisisaa😂
Uduu madaraa odesaa kuni hahaha 😂😂 safuudha boo miskinaa garuu😢😢
Kunii Mali bekaa gowanii mataa naa nyatee biraa demee catii fii umarii malee wanii biraa hin bekuu wyl
Gubaa jaalalaa kan gubateetu bekkaa dhisaa hin murtessiina namati
Fedhii isaa maalee ittii gallatee, isaahuu ajahiiba ittii tahuu jirtii
😅😅😂😂😂 maali kun ijoo
Hasofni gurbaa nama kafalchiisa 😂😂
Kkkkkk Isaa gurban kolfuun kolfee
Rakko ofii beekuun barbachiisaadha dubartiin ofumaa kaate namaati hin jijiramtuu bakka hiribaa sanati of ilaali bro
😂😂😂😂😂😂
Waayoo😂😂
haraa takaa dhira arsi jalala himatuu kkkk😂😂😂 kunii dhedhii 😅😅😅😅😂😂😂
😂😂😂dhuma
Ani kan jedhu yeroo dura kan jaalatan faan enyuu jiraate bakka😢😢
Abshirii
Jalali 😂😂😂😂 gowa nama kootii azok wademe
Mee mucaa kana irraa mali baratan inni kolfaa asii osoo wali hin galiin walitti galani isayyuu kana senadha jedhee hasa,a isan lamanu nan mararan da,imni isani akkam ta,a ammaa inni akkana jiraa hubbanna nama hasa,a isaa irraa hamma tokko ni hubatu dai,imchi hadhaa biratti yoo guddatte abba budenatu jira abba birrattis yoo guddate innis boda hadha mana fuchun isaa hin hafuu miccatin hadha buddenna harkatti guddatti ana kan naa yachisa jiruu da,imaadha bayyee ulfata nami fedhii ofii qofaa hordofe nama saddaffa dhufuu sanif wali galani itti gafatamumma hin fudhatan tanan nama sadaffa sanif ni ulfataa
Dhugaa keettii😢😢🙏🙏
😂😂😂😂😂😂😅bayee nu boharsee😂😂
kkkk dhiira arsii maqaa nyaate kun dhiiri keenya hiciitii akka aadam saadooti garati nyaata malee waan faaydaa qabne odeessu midiyarati🤔🤔😎😂😂
@@ZeedArsitii 😄😄
Argaa keessaan abboo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Raajjidhayii dura sii. Futee. Amma sii bastee. Kaa bro kkkk
Ayii uumaa rabbi
Mucan Dawwee😢😹😹👊😝
Kkkkkk baayeen kolfee dhugaa😂😂😂
Wayoo garaa koo 😂😂😂
Kkkkkkk dhugaa nama ajaibati
😂😂Ajaa'iba
❤❤😂😂😂😂😂😂
Ee masikna wlh😊
Ee miskina wlyi 😂😂
Gosh bagaan galee😅k
Haasan gurba nama bohaarsa😂
Saganta kana hamdiyaa yoo hojjattee bareeda malif xin-sammuu nama dubbisu dandeessi akkasuma kallatti ittin dubbatamu itti argisifti muxannoo yeroo dheeras qabdi sagantaa sirbaan dhaamu irrattin beeka in muddamta saganta san eguuf walittii deebine ilaala turre namni hundii kennama mata mata isaa qabaf male gaazaxeessitu kana dislike godhuf miti galatooma isin hordofna itti fufa
Kun jartii miti nuu cinqee😢
😂😂
Esan dema yaa gara ko😂😂😂😂😂😂😂
Warra dhiraa siritii baradha kuno seraa alla shamaranii wajjin rafatin mucaa keessaani hunaa keeti itti basate dhalachitani dhabdii okay sanuu Kani jaqabaa 🤭🙄💯
Ee miskinaa wlh jehe babani kenya Homa mitii amashirii obolesaa kenyaa
Miskii❤❤❤❤
Kun amma iyuu dheedhii 😂😂
Dhugumaa daa'imummaan ittii jiraa mucaa😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😢
Eyye dhugaa jetee
😂😂jazbaa
Gaaraa nama nyata immoo
Malii gurbbaa 🤣🤣🤣
Wagga 7 wagga 6😂😂
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
Interview dhiira arsii irraa hin bareedu tish sakkaaraamii
Wayiii
malii kunii😂😂😂
Mataaf miila hinqabu dubbiisaayyuu😏🫠
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 Mali Obn Waan akkana Maalif nutti fiddan Baajata mootummati taphatan kana Daangatti Ergaa kana Gabaree
Mucsni malii hasaa ofii
mani Abbo Matti Naff Ta'aa😮😢
Ok atsi naaf tai
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
@@Amiinaa7092 Tole
❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
Inuman kolfee 😂
Amaa akaa namaa jalala bekuu godhataa anii urii wagaa 18 itii dabalamee inii yeroo sanii 21 didamii tokoo kijbaa😢😢 maqaa namaa nyataa kunii Sareenii wanii anii hin agree see anii. Agee sii ibanyii malee badaa horii malaa👎👎👎
Manati galte dhuftee jedhee 😂
Fedhi male kolfe wolayi
😅😅😅
Wly ani Waggaa 5 as akka har.ati koflee beeku 😅😅😅
Sababan hoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💝😭😭😭😭😭😭
Hhhhhh 😂😂
Abeet kolfeesee
Kkkkk in irranfatee??
😅😅😅😅😅😅
Kun maal namich 😁😏
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅
Kkkk manatti na galtee!
😂😂😂 maaltu Jiraa ani amma seenee 😑🙄😒☹️
@@makiama9561mee dhqgafadhuu😅😅😅
😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉😂😂
sagantanumtii yeroo jalalaa jedhamuu kun namaa gowwaa malee hin basuu silaa😏😏😏😏😏
😁😁😁🤣😂😂
Dhiisaa amma si gahuuu irraa hin toltuu
Waan buna irraatii hassaa OBN irraatii hin fiddinaa mee maal irraa barattu kana irraa 🙄🙄
😂😂
Wayo😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂
ayyii
Kun soba guddaadha gaggama gurbaa icci 😛😛😛😛
😂😅😂😂😂
Gowaa 😂😂
😂😂
♥️♥️💔💔🥲🥲
Wly mucichii asanuu erkaa badee
❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂
😅😂😂😂
😂😂😂
Akkam! Chanella koo ilaalaa plz galatomaa 🌸🌸🌷🌷
😂😂
😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂