🛑Seid Sumayaafii Ijolle Isaa Baharaa Gubatti Argiinaan Debiee Dhibamee Kophaa Manaa Kessaa Demaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 янв 2025

Комментарии •

  • @xajjeetube4778
    @xajjeetube4778 10 часов назад +37

    Sumayyaa habibati bakkaa jirtuttii Rabbii fayyaa siihaa godhuu ijoolee kee wajjiin inshaallaa🤲🤲🤲.mal siin gotee Sumayyan warii nafxanyaa jettan kun seyidoon bekee fudhee nafxanyaa ta'u ishee isheenis akkaa seyidoo oromoo ta'ee bektee itii herumtee.mal siin gotee ijooleen isheen waliin cinqamaa jirtuu kun dhigaa oromoottii us jedha warrii sumayyaa arabsitan ilove you sumayyaa ❤❤❤❤❤seyidoo Rabbii siif haa lafisuu inshaallaa 🙏🙏🙏ararraa gidduu keessanittii haa busuu Rabbii inshaallaa 🤲🤲🤲🤲

    • @abadiirabbiirabbii9783
      @abadiirabbiirabbii9783 5 часов назад

      Dhugaa keeti summaya qaalii nama ti dubbarati cimatudha obsa qabeti fakkenya dubbaratoota hundaati ❤❤❤❤❤rabbii saido woliti sii haa debbisu 😢😢😢

    • @xajjeetube4778
      @xajjeetube4778 5 часов назад

      @@abadiirabbiirabbii9783 dhugaa argadhuu sanyii too.sumayyaa yomiyyuu qalliidha

    • @Radiyaakamaal
      @Radiyaakamaal 3 часа назад

      Itii bagaa malaa isaa iratii fudhaa osoo naa tatee zetii dafisee itii naqaa anii jolee isaa walin ciqamaa inii taa biraa walin bashanana

  • @AyyaantuuWo
    @AyyaantuuWo 3 часа назад +1

    Sayido rabbi sii haa fayyisuu mucatiin maratun dhuftee bultii kee jisiitee 😢😢😢😢😢😢😢

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 12 часов назад +44

    Warii as jala dematani summaya nafaxaya jeteni arbbasita fula rabbiti irraa gafatamatu ishaa alha ummata mata keessani qulufi maalatu isn galache hadha manatif abba mana jiduu bari ijoole babaredu irraa qaba rabbii nagaya woliti isn haa debbisu summaya ati dubbarati cimatudha yomu haraha lee boru lee Taa akka tate ti hin jiru hin jiratus amshiri umu jamila yen qojo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢

    • @siifan.diroo9515
      @siifan.diroo9515 12 часов назад +1

      Dhugaadhaa😢

    • @xajjeetube4778
      @xajjeetube4778 11 часов назад

      Dhugaa keetii walayii hundii isheetu afaan batanii calistee​@@siifan.diroo9515

    • @tigistoromo3772
      @tigistoromo3772 11 часов назад

      🥰🥰🥰🥰🥰

    • @مدينهمحمد-ت9ح
      @مدينهمحمد-ت9ح 10 часов назад

      💔💔💔💔🥺🥺🥺🥺🥺

    • @AlmazAraggaa-k1q
      @AlmazAraggaa-k1q 9 часов назад

      @@abadiirabbiirabbii9783 mali ishee godhaan yadaa isirati Afaan isaan baan malee sayidoon ishee naaf tati jedhee fudhe garuu asirati yadaa waresaan malee isaan wali jalaan walifudhan ijoollee horaan wari lafaamo yadaa waresaa malee

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 5 часов назад +2

    Saido namani badii gudda qabu sii male summaya mitti akka nuu as irrati arginuti summaya dubbarati cimatudha obsa qabeti masha alha waan jabbate kuliyu rabbii siif haa lafisu rabbii woliti isn haa debbisu ishaa alha 😢😢😢😢😢😢😢

    • @xajjeetube4778
      @xajjeetube4778 5 часов назад

      @abadiirabbiirabbii9783 dhugaa keetii wly obsitee dadhabdee.fudhuun isaa balleessaa mittii garuu hamilee sumayyaa eguu qaba ture.

  • @HalimaZaza
    @HalimaZaza 12 часов назад +30

    dhugaa rabbii isaatu balesee sumayani homaa hin balesine

    • @NaniMustafa-h7x
      @NaniMustafa-h7x 12 часов назад

      Mall godhee inii hayuun yoo nafunee ofiin ajesaa jenan fudhee male jalatee fudhee setemo nafxayaa mataan haa dhabatuu

    • @ModinaModina-v9s
      @ModinaModina-v9s 11 часов назад

      Mal godhe fudhaa yoo.ta'e.shariyaan in eyamti nafaxanyan duru oromofi.bolaa qotii

    • @CaaltuuTullamore
      @CaaltuuTullamore 11 часов назад

      Maal yoo Abbaan fedhe naa futtu maale of ajjeessa jette inuma fudhama sumayyan kormedha. Ayyuu nafxanyaa ​@@NaniMustafa-h7x

  • @zamzamamanzamzamaman1980
    @zamzamamanzamzamaman1980 12 часов назад +14

    Warraan nafxanyaa jetaa ufii qusadhaa mee jirenyaa isii kaa bekuu isiidhaa

  • @KABHadhaaBushaa-c7i
    @KABHadhaaBushaa-c7i 12 часов назад +17

    warii sumaya arabsaa jiratanii samuu kesanii sirii mitii dhuga rabii saidoo maluma ishee bekee fudhee Hadhaa ijolee isatii mali afanii banatuu inii isaa tatii fudhee rabii walitii isani ha debisuu 😢❤❤

    • @AlmazAraggaa-k1q
      @AlmazAraggaa-k1q 11 часов назад +2

      dhugaa dha sumayyaan dubarti citudhaa ❤❤❤

    • @DdFgg-q2z
      @DdFgg-q2z 11 часов назад +2

      Dhugaa ketii

  • @Radii-v4l
    @Radii-v4l 4 часа назад

    Sumayaa rabbii fayyaa sii haa kenuu ijolee kee wojinii ❤❤❤Ayyuu hojii kee dhaa 👊👊

  • @sifanNasir-k9f
    @sifanNasir-k9f 9 часов назад +4

    Abdii atii waan argitee hin dubbatiin dhiirrii gaafa fedhii ofii duuka deemu dubartii miskinaa dhimmaa hin qabu Sumayyaan hangaa qalbii cabdee isituu beeka

  • @AlkaramKaram
    @AlkaramKaram 12 часов назад +14

    Baga gotee sumayaa gotaa wallahii itti tiqaxaa akka hujii isatii

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 8 часов назад +2

    Rabbiin siifi ilmman kee naggayyan wall sii haa argiisiisu inshallah 🤲🤲🤲

  • @AlmazAraggaa-k1q
    @AlmazAraggaa-k1q 11 часов назад +5

    rabbiin sumayyaa walin yaa tuu miskinaa bayee namaa gadisiti❤❤ 😢😢😢

  • @HadhaKooTube
    @HadhaKooTube 12 часов назад +4

    Abshir Qali Keenyaa Rabbii sif Haa Debisuu Obsi Rabbin Waan Jabate Sif Lafisaa❤😢

  • @FsrRrg
    @FsrRrg 13 часов назад +5

    Summayyaan baay'e garaa jabaati rabbii daa'imman tee sihaatiksan

  • @NaziifBeyan
    @NaziifBeyan 13 часов назад +15

    Walhi nutii shamaran akka massanu hin jaleen hin beytani issin warii dhiraa kunii umata Samun qulfii 😮😮😮😮😂😂😂😂😂🎉❤

    • @Sumayaa183
      @Sumayaa183 13 часов назад

      😂😂😂😂😂😂 dhuga keti

    • @FateHussein-g3v
      @FateHussein-g3v 12 часов назад

      Usiiii jedhiiii gowwaa bagaaa fudheeee baasaaa istuuu baaseee commeceee

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 12 часов назад

      dhugaa jetee Amartitii sobaa sobaa fudhii jedhanii turtee dhugaa see fudhee😢

  • @TamimaTamima-hm3qt
    @TamimaTamima-hm3qt 11 часов назад +4

    Abdalafii abdinii wolii dubisanii wonumanii isinii hasoftanuu kijibaa,fii birakii fakataa garuu rabbii haa lafisuu abdifiu abdalaa,tazabee worii tazabdanii likii gidhaa mee

    • @lesaawallaggaa9342
      @lesaawallaggaa9342 10 часов назад

      Hin kijiibuu jaarii hudiiyuu piraankiimaa hojeetuu sumaayaan baadees hin jirtuu😂😂😂😂

  • @qamariya-w2o
    @qamariya-w2o 13 часов назад +6

    Sadii yabbo yabbo soqii ijoolema sanafi jedhii wollayii ani abbjudhanis ijooleni sun naa afoo badda hin jirtuu wollayi rabbuman bakka jiraniti isaani ha eguu

  • @ZainabHamdan-rp8ln
    @ZainabHamdan-rp8ln 10 часов назад +2

    ayii saido baye gara nama nata sitisi sumaya tisi murutesu hidadamu rabbii naga gidu kesha niti habusu

  • @namelast-yp5jq
    @namelast-yp5jq 9 часов назад +3

    Saidoo rabbin nagan sumayyafi ijolleke walitti sihaadebisu abdi ati haasakee eeggataa hasai

  • @AyyaantuuWo
    @AyyaantuuWo 3 часа назад

    Osso atti anni abba ilmaanitti jedhee kadhatuu dhuftee ilmaani tetiin adaa sii fotee😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @KamilaNasser-u7o
    @KamilaNasser-u7o 13 часов назад +4

    Wayii saido rabbiin nagaa isinif haabusuuu ani bayeewn gadee hundii keessaan jiruu keessaan rabbiin hin diggin😭😭😭😭😭😭😭qalbiin kiyyaa nadhuukubsaateeraa

  • @ashaaoromo7883
    @ashaaoromo7883 11 часов назад +3

    Sa'iido ayyùun dhisi sumeeyyaati debii'ii ayyuun nama tasgaabi qabu miti duwa Jireenya kee digde male

  • @Zayida-v7s
    @Zayida-v7s 11 часов назад +3

    Ani ka sin jedhuu ayyuu ufirra dhabama godhii sumayan sii deebiti ayyuun amma biyya dureyyen irrati wali fixa jiraa

  • @GgGg-v1h1k
    @GgGg-v1h1k 12 часов назад +3

    saidon ayu ja dhiisu sumayan ilmaan ishii fiidee sayidon haa waliittii araaramaan😢😢😢😢😢

  • @wssezsa1635
    @wssezsa1635 5 часов назад

    Rabbin isii haa qajechuu sumayaa😢😢 rabbii kee sodadhuu😢😢😢

  • @mmmnn5601
    @mmmnn5601 11 часов назад +3

    ያቺን ነቀርሳ ይንቀልና ለልጆቻችሁ ሲል ያስማማችሁ

  • @SedamBeyan
    @SedamBeyan 6 часов назад +1

    Ishaallaa raabiini waalti isiin haa debisuu waalhii

  • @FatmaKader-rc1vw
    @FatmaKader-rc1vw 11 часов назад +1

    Sedo misikinakoo Rabbiin si walin hajiratuu Abshir😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @samitahat2061
    @samitahat2061 11 часов назад

    Rabbi si gagaruu Imani kettini woli si ha argisisuu rabbii wani jabatee kulii sifi ha lafissu

  • @aishaaa1904
    @aishaaa1904 13 часов назад

    Amshirii Saidoo bagaa Rabbii si fayisee Rabbii isin ha arasu saidii❤❤

  • @sayatube20
    @sayatube20 12 часов назад +2

    Rabbii Si Haa Gargaruu Ati Barbaaduu Dubatii Hin Deebi'iin🥲

  • @yaarabbiinkiyaagaltomisiih5489
    @yaarabbiinkiyaagaltomisiih5489 12 часов назад +3

    Bagaa rabbiin sii fayyisee

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur 10 часов назад +2

    Humatimi Rabbii joollee tetifii hadhaa manakee wan sii haa garsisuu

  • @NaimaaAmaan
    @NaimaaAmaan 9 часов назад

    Wg as kaffala haalawaa alacha ammaa baga rabbi sibaase abshira fira fira hin argatta ijoollee kee rabbii wal si haa agarsiisu inshallah

  • @Khadija-s1w
    @Khadija-s1w 9 часов назад

    Abshiir ilmaan kee rabbiin sifaa Eeguu rabbumaa siif kenetti kennadhu imanaa

  • @KennaKenna-s4j
    @KennaKenna-s4j 8 часов назад

    😢😢😢😢 abshir Rabbii sii haa gargaruu saidoo maatii naaf adara keessa🤲🤲

  • @arabeeaman1658
    @arabeeaman1658 8 часов назад

    Nafxanyaa nasu nama qabduu rabbii ijollee kee harkaa siif haa baasu

  • @user-tk6fp6lp4j
    @user-tk6fp6lp4j 8 часов назад +2

    Waraa komittii naa ajaibaa wallah kunii sobaa bar diramaa mallee waliin jiraan isanii😂😂😂😂😂

  • @Aliyahajji
    @Aliyahajji 11 часов назад

    Abshir sa,ido miskinaa ko rabbi sii haa jabessu rabbi wolitti isiin haa debisu

  • @TamimaTamima-hm3qt
    @TamimaTamima-hm3qt 11 часов назад +1

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 rabbii wolitii isinii haa debbisuu kaa yarabbii

  • @MuniraMohmmed
    @MuniraMohmmed 5 часов назад

    Allahn ferii sumayyaa le lijochish sitiy

  • @Bezaa-v2g
    @Bezaa-v2g 11 часов назад +2

    Bagaa fayyite garu balesaan kerumaa seido Ayudha kun hunduu balesaa ketif ayu ayzoshi sumaaye ki wari sumayyaa nafxxanya jetanin ta.aa gadii rabi sodadha😢😢

  • @Kayotup
    @Kayotup 4 часа назад

    Shariyan 4 hayamte isin warii asjalaa dademtan komatii bresitan .of kabajaa warra samu hin qabnee

  • @madinawayu9295
    @madinawayu9295 12 часов назад +1

    Hundafuu Rabbi woliti isni haa debisuu inshallhaa abshir

  • @Familly_tube
    @Familly_tube 13 часов назад +4

    Nagaan walitti isin haadeebisu🙏🙏

  • @zamzama-z3c
    @zamzama-z3c 11 часов назад +1

    Abdiin jireenyaa saido fi sumaya hin fedhuu duraas yeroo saidon fudhe Makina jedhe Dararaa Turee Abdiimatuu dubbii guddoo qaba Zim jedhetumaa Tirfii dubataa Ayuniis ishee Arabsaa jirtii sumayan maal isinii haa gotuu fetaanii qabeenyaa isheetiini kan innii fudhee warri biyyaa nama jiruu hundii nii bekaa akkatii dalagatanii malaqaa fidaanii😌😌😌😌

  • @CaaltuuTullamore
    @CaaltuuTullamore 11 часов назад

    Ayuu jedhan sana dhisii sumaayyatii deebi,ii .jiruu keef ijjoolee kee hin dhabbin .Abdii atimoo dhudhufiin atimoo dursa akka inni digamu situu godhee

  • @TmjdjtToulon
    @TmjdjtToulon 4 часа назад

    ሠይድየመንከሆከመለሥለኝበጣምችግርውሠጥሁኘነው,,ወድሜበአላህ,በአላህ

  • @MisraMisra-x1o
    @MisraMisra-x1o 11 часов назад

    Dhugaa saido tasgabayadhaa MashaaAllaa MashaaAllaa barii woliti isiin hadebisuu

  • @عايشهال-ب7ه
    @عايشهال-ب7ه 8 часов назад

    Maa.shariyan.afurii.eyama.mali.dalsunn.kun.martii.rabbi.haa.lafisuu

  • @hchyfh128
    @hchyfh128 9 часов назад

    Sumee gifti koo bakkaa demtuu hundatti hamtuun siin argiin ❤❤❤❤❤warii asii jallaa yataani nafxanyaa jetaanimoo afaan hin baninaa intallaa ishii maratee jiruu namaa digdee mallif hin dubanee

  • @HalfiyaAsbali
    @HalfiyaAsbali 12 часов назад +1

    rabbin ijole teteni waliti isini haa debisu abshiri rabbi jira 😢😢😢

  • @Sameera-d3r
    @Sameera-d3r 13 часов назад +1

    Uuuffff ijolee garaa naa nyatee wolh dhugaa hin godhin bararan insha'Allah rabiin woliti isin haa debisu insha'Allah isitisi hin faradamu ilama nama tii hin mufatee itii hin murtesin abadii enu lee yoo tee abaa mana isiifudhu hin eyatuu inisi badi hin qabuu jechuu hin dadesu

  • @samiraoromoo4561
    @samiraoromoo4561 8 часов назад

    Said obsii rabbiin obsaa sii Haa kenuu miskina kiyaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @abuthair5987
    @abuthair5987 13 часов назад +1

    Amishiri rabin isifi halafisu isha alha rabin hajedhu

  • @Rahma-x7t
    @Rahma-x7t 10 часов назад

    Abshirii ❤️🥰 Rabinsihafayisuu

  • @IlmasabaOro
    @IlmasabaOro 13 часов назад +2

    Rabbiin walitti isin haa seebisu😢😢

  • @mediiorotube4821
    @mediiorotube4821 11 часов назад

    Abshiri obboleessa kenyaa qalii rabbin iraa siif kafala guyyaa tokko

  • @Ahmaadsaliihsaliih
    @Ahmaadsaliihsaliih 12 часов назад

    Abishirii Rabbii jiraa Hin Yadiin Du ayii isin gonaa
    Dubaritin Mariziidhaa kesatuu dhallan nafixanyaa darani Kunii Huduu sabaa Ayutii Rabbii kerii Hagodhuu

  • @syvhYuXayyuba
    @syvhYuXayyuba 11 часов назад

    RABBIN IJOLLEEKEE SIF HAEEGUU DINNI DINUMA IJOLLEEN MAALBEEKTII

  • @KalihkG
    @KalihkG 10 часов назад

    Rabbii si haa muldhisuu inshaa Allah

  • @Zayida-v7s
    @Zayida-v7s 11 часов назад

    Ayyuu rabbin jiruu isii haa balessuu

  • @Nasira-n4w
    @Nasira-n4w 9 часов назад

    Abishiruma rabbiin sii walin ha tahuu 🎉🎉🎉

  • @FoziyaTube-x1h
    @FoziyaTube-x1h 13 часов назад

    Maatii naa tahaa❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa❤milkaaya Oromoo tiyya rabbin isin haa gammachisu❤

  • @Aliyahajji
    @Aliyahajji 11 часов назад

    Karaa sudii karaa yammani karaa dubayi suraa isiif ijoolle muldhisu yoo dhufte akka hin darbine jedha

  • @CebrownKing
    @CebrownKing 6 часов назад

    Goshi sumya 🎉🎉🎉🎉Atile tarr tee booyii😢😢sado balge

  • @Mariyam-p4i
    @Mariyam-p4i 9 часов назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭Rabbiin sii haa birmaatuu qaali namaa

  • @HikmaaWoliyii
    @HikmaaWoliyii 12 часов назад +1

    Hasbi yallahu wonimal wokil 😢😢😢😢😢

  • @Samera-e4m
    @Samera-e4m 12 часов назад

    😢😢😢😢😢😢wolahi nama akaa isin😢😢😢😢😢😢😢 obsaa qabuu jiruu rabi fayaa isin haa kenuu obsaa qadaraa amana waani tatefi😢😢😢😢😢😢

  • @leymanshow
    @leymanshow 11 часов назад

    yaboo barana malumaa rabbii sitti fedhee

  • @Rahma-x7t
    @Rahma-x7t 10 часов назад

    Saidoo bagaa Rabin sifayisee

  • @KuledaDubai
    @KuledaDubai 5 часов назад

    Ayii abshiri saidoo rabiin iilimaani keetiini waalitii siiyaa deebisuu

  • @Samera-e4m
    @Samera-e4m 12 часов назад

    Bagaa rabi isin haa fayisuu rabi woli isin haa debisuu inshallaah 😢

  • @SameraaSameraaKamalyasen-l4d
    @SameraaSameraaKamalyasen-l4d 11 часов назад

    Sadon ayyu duarraa habisuf jedhee sumayaaf ijollesa du atti erge

  • @Hawa-k7r
    @Hawa-k7r 11 часов назад +1

    As wr wb mee namii komentii hintane baresitanuu duayii qofaa godhaa dhisaa rabin wan jabatee maraa sii haa lafisuu wlh 5:59

  • @mustiitube3250
    @mustiitube3250 12 часов назад +1

    Yaa sido obsa sif ah kanu rabin laki godhaf 😢❤

  • @SaafiiGannaa-xd2tb
    @SaafiiGannaa-xd2tb 13 часов назад +1

    Rabbi walittii isiin ha deebisuu

  • @TamimaTamima-hm3qt
    @TamimaTamima-hm3qt 11 часов назад +1

    Wolayii hawaa naharii qabdii isimaa sosobsa,gafadhaa😢😢😢😢

  • @warraciffatta1104
    @warraciffatta1104 12 часов назад

    Aduniya tuni bakuma nama dhibudu dhabsu subahan allha 😢😢😢😢

  • @Aliyahajji
    @Aliyahajji 12 часов назад

    Wlh rabbi wolitti isiin haa debisuu

  • @AdaanuuDhugoo
    @AdaanuuDhugoo 11 часов назад

    Dhugaa waqaa balesan ketumaa sayido ijole keraa hayuu filatee

  • @YasmiinAhmed-kq7gn
    @YasmiinAhmed-kq7gn 11 часов назад

    yaa rabii komatii tiyaa tanaa sii haa garsisuu sa.idoo. atii waan. sumeyaratii futee calaa. taan. asiratii italaa futee. ol baftee. aksitii. sumeyaa mitii atii dubartii hudaa xiqesitee. kesatuu italaa. akasii. ayuun. dhugatii dubartii. sii. jabesuu dadesuu mitii. saan. ayuun batatee. akaa qabnee anii arbsufii mitii atumtii xixalii. umanii sii biraa akanaa jaan kuun. silaa madaa sumeyaa hubatanii akanaa hin jaan walhii

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 12 часов назад +1

    sayidoo Rabii obsaa sii haa kenii namitii Lafee misxirii isinii iraa qocufii isiin jaallh tetii isinii biraa gurtee sumayee fidee yomuma ofii bekaa oromonii😢

    • @munamuna1301
      @munamuna1301 12 часов назад

      አፍር፤ግቢዘርኛ፥ጥብ፥በባርና፥ሚስት፤መካከል፥ምንአገባሽ፥ቱ፥ከቱ

  • @MohammedMohammed-pd6sk
    @MohammedMohammed-pd6sk 9 часов назад

    Rabbin wolitti isin haa deebisuu

  • @obsituutentiraa6692
    @obsituutentiraa6692 12 часов назад +1

    Fanoo fayidaa qabduu sa'idoo Rabii sii haa jajabeessuuu

    • @munamuna1301
      @munamuna1301 12 часов назад

      ማለት፥ ፈኖን፥ምንአመጣው፥እዚህ

    • @FateHussein-g3v
      @FateHussein-g3v 12 часов назад

      @@munamuna1301 awo fano commeeeceee

  • @Halima-c1v
    @Halima-c1v 12 часов назад +1

    Sobaa kessaan dhusuu didani mitti akamitti saidon hangaa amaa ufataa hin qayaranee guyamaa tokoo waan kanaa hindaa gotani garuu rabiin isssn haa qajelchuu

  • @firewotsalamon
    @firewotsalamon 12 часов назад

    Rabii isin walin haa tauu😢😢 yaa akii bayee ulfataa

  • @فاطمةاثيوبيا-خ8ط
    @فاطمةاثيوبيا-خ8ط 10 часов назад

    uuuuuuuuuuu ❤❤❤ 😢😢😢 namaa qalii akanaa itii tapatiii malooo

  • @EeEe-n8z
    @EeEe-n8z 5 часов назад

    Hintocii tee💔💔💔💔💔💔💔garaa isigubee💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @fatumamohammad9064
    @fatumamohammad9064 7 часов назад

    Achuma jirti isin sodaachisuuf haasofti malee eeysas hin deemne Sumayyaan tasgabbaaa'aa please

  • @Obse-y2u
    @Obse-y2u 11 часов назад

    Sayidhoo waan ati balleessite yoo royyeemaniin deebitee dhufuuf kaate aayyuu hin deemin jette gaafashe dhibbosii sana isatti deebite sanadha kan isumayyaa aarse sirriiramuus ati ayyuun of ajjeeste jettee ture kan ati gaafa sana haftee deebitee dhufte isuma ayyaan immoo inarte herregitu si'iti maaliifi hara ilmaan kee dha isheen immoo gaafate dafa xayyaantuuf jettee haftu baay'ee isatti tarte hojiisheen goote misoomayyaa sirrii namarsa garuu atimoo tiragaggooftee ii bal'isa gidduu keessan jiru balleessaa balleessitan dhiifama gaafachuun sirra jira

  • @JaharaMaid2024
    @JaharaMaid2024 10 часов назад

    Abshiiri inshaallaah Sebo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉Jabadhuu humma mitii

  • @user-jo1mj3pv5m
    @user-jo1mj3pv5m 11 часов назад

    ነፍጠኛ ነፍጠኛ እያላችሁ የምትሳደቡ ኦርሞች በተለይ ሙስሊሞች አሏህን ልትፈሩ ይገባቸኋል ነብዩ ሶለሏሁ አለይሂ ወሰለም ዘረኝነት ጥንብ ናት ብለዋል ስለዝህ ከቻለችሁ የሚስታርቅ ኮመን ፃፉ የ የተዋለደን ሰው ለማለያየት አትጣሩ በዘራችሁ የምታምኑ ከሆነ ገደል ግብ የምትሳደብ እናተ አንክርዳድ ጥሩ የምትናገሩ ሱመያ ሙስሊም እህታችን ናት የምትሉም አላችሁ ማሻ አሏህ አለህ ይጨምርላችሁ ሁሌም መልካም የትናገሩ ያድርጋችሁ

  • @Diramaa121
    @Diramaa121 4 часа назад

    Obosi saido sahiba kiyya

  • @Hawa-p5t
    @Hawa-p5t 9 часов назад

    Yaa obbolessa kiyya raabiin ciqii kana keessaa raabii sii haa baasuu waaya miskinaa kiyyaa

  • @BayushArsiiSaguree
    @BayushArsiiSaguree 11 часов назад

    Ayyyii Sadii Rabii sii biraa yaa dhabatuu😢😢😢😢😢😢

  • @SedamBeyan
    @SedamBeyan 6 часов назад

    Abdii hawaraa gidii bu'u hin heduu silaa ee misikinii waalhii mataa hin qabdu abdii

  • @VvGgg-qr5tk
    @VvGgg-qr5tk 11 часов назад

    Yaa saidoo harkaa ketiin ilmaan kee fixee yomuu rabiin sidhisuu biyyaa ormaa ishii kessee demtee cafartee futaa oromon jalalaa bekuu gafaa jedhanii dhugaa sehun turee siniraa baradhee dhugaa rabbii rabbii

  • @Aliyahajji
    @Aliyahajji 11 часов назад

    Abshir sa,ido sii bochisa hin milkoytu Summayyan. Ijoolle te rabbi siif haa debisu

  • @HayatMohammed-j5g
    @HayatMohammed-j5g 13 часов назад +1

    Bagaa fayite said keena 😢😢😢😢 misikinaa kiyyaa hedduu garaa nu nyaate