God bless you many times over singer Girma we are blessed in your collection of hymns and still don't let the hymns disappear from your mouth! We love you so much❤❤❤
God bless you in fact you are a man who does not praise his God regardless of time and circumstances,you live a satisfying life, and I have listened to your songs and I have been very blessed by people like me
Ati guddaadha Nama Ayyaanni waaqayyoo guddaan irraa jiruu maqaan si Arguu kootti guddaa Gammadaa si Addisuu jaallatamtoota Koo waaqayyoo amma iyyuu Bara jireenya keessaani haa Ebbisuu Ebbifamaa.
Waaqayyo hamma dhumaatti sihaa dhaabu. Mannikee dhallikee haa eebbifamu! Waaqayyo namoota akkakee nuuf haa baay'isu😊
Ameen Ameen Ebifamii ❤❤❤❤
Girma Kusa is my ever favorite Gospel Singer from my childhood. May God bless you abundantly Man of God!
Me too
Duur farfannaan ani hedduminaan qabuus hedduminaan dhageffadhus kan girmaafi beefikaduudha.
Gimma kuusaa eebbifami.
Far girmaa kuusaa baayyee gooftaan isin haa eebbisu! Bara dhaloonni waan farfatu wallaale kana isin immoo haala kanaan farfannaan nu jajjabeessu keessanif waaqayyo isin haa eebbisu. Gooftaan keenya inni deebi'ee dhufu sun isin wajjin haa ta'u maaraanaataa
🙏🙏🙏
God bless you many times over singer Girma we are blessed in your collection of hymns and still don't let the hymns disappear from your mouth! We love you so much❤❤❤
You are blessing my life singer!your song is always depest messega.i cant stop listening this song .I cant thank you enough!
Highly esteemed Gospel singer
This song has great messages to the current Ambassadors of Christ
Girmish Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu. Faarfannaa ajaayibaa, kan abdiin nama guutuudha.
WOW bro God blessed you you have Big Graceful
Woo God bless you my kin
Dhugaa farfaataa Girma kusaa jechuun anaaf raajiidhaa yeroo hundummaa farfannaan saanii ergaa bilchataa qabaa Goofatan yesus kristoossii Heddummessee kanaa caalaa isaan haa ebissuu.
Girmish you are the one who is strong in spiritual life, may my God bless your all life................
What a blessing song coming of
Jesus Christ
Uuuffff Ebbifama dachan wawuu Adda Ayanii goftaa ❤❤❤❤
Waaqayyoo si haa ebbisuu
Ameeeeeeen Ebifamii Waqayyoo si haa ebisuu Waqayyoo baraa haa ebisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
God bless you in fact you are a man who does not praise his God regardless of time and circumstances,you live a satisfying life, and I have listened to your songs and I have been very blessed by people like me
Faarfataa Girma kuusaa barrikee Eebbadha, gatinkemmo waaqayyo biradha.,, nuuf jiraadhu ganna dheeraa we love you be Blessd 🥰🥰
thankyou
I have loved you since I was a child. Your song and you (your life) are the same! May the Lord bless you!
Uuuuuufffffffeeeeee jiraa jireenyi Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen jireenyi jiraa dhugaa gooftaan keenya Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifamii maqaa yesusin
Eebbifami. Ayyaannii fi gaarummaan waaqayyoo siif haa baay'atu!
WAAQAYYOO DACHAAN sii haa ebbisu girma koo farfaana atii farfaatuu macafa qulquluu dha ❤❤❤❤
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen eebbifamaa dachaa dachaa hundumaatii keessan nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤ ayyanii waaqayyoo isiinif haa bayyatuu❤ girma nuuf jiraadhuu nama gudda koo jiraa jireenyii ameeeen ameeeen ameeeen
wow jira jireenyi,
Abdiin guutee jira galgalli keenyi.
eebbifami @Girma Kusa
Wow Girma Kusa amazing song,God bless you!
Farfatataa dhugaa akkumaa farfatuu jiraatuu waaqayyoo baraa Kee isaa hafee hundumaa sii haa eebbisuuu
ufffffff... faarfannaa dheebuu nama baasu, Waaqayyo ammayyuu si haa eebbisu!!!!!!
Still I can't stop listening this full of abundant Song. God Bless You Girmish🥰🙏
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbiffama ebbiffama jiraa jireenyii ayyannii sinifaa bayatuu dachaa❤❤❤❤❤
Waaqayyoo baraaf jireenya ke ha ebbisuu dhugaa
Uuuuffffeeeyyyy waaqayyoo bara fi jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii❤❤❤💕💕💕💕💕ebbifamaa hundii keessanuu
Jiraa jireenyii❤❤❤ godbless you
Uuuuufffeeeee baay'een itti eebbiiffaamee ❤❤❤
Ebbifami waaqayyoo sii haa ebbisuu eyyee dhufaati goftaa keenya yesuus dhiyaateera Ameen maraanataa
Girmaa Waaqayyo si haa eebbisu
Ameeeeeen uffeee kaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
God blessed you!!!
Girmaa koo namaa wangeelaa farfaatee wangeelaaf jiraata gameessa namaa
Waqayoo barafii jirenaa kesanii haebiisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gooftaa wajjiniin fuuldurri keenya ifaadha! Ameen Gooftaan si ha eebbisu!!
Jira jireenyi..Ameen
Ashama Ijoolleen Gooftaa!
God bless you! My lovely Brother.
Ameen eebbifamii farfataa Girmaa baay'ee si jaalannaa
Uuuuuuufeee waqayyoo waqaara sii haa eebisuu
Ameen Ebifamaa farfataa girmaa Ayyanni waaqayyo dachaadhan sinif haa bayatuu maqaa yesusin ❤❤❤❤❤❤❤❤
Girmaakoo you are unique. Farfannaakee, dasta, addisuu w, befikadu, alamu fi bilisee yerooo mara oluma keemmoo adduma goftaan si haa eebbisu
Bagaa Rabbii Si gargaare qaalii mucaa gooftaa eebbiiffamii
Nama ayyaanni Waaqayyo yeroo hunda itti hin hir'anne! Bara quufii nagaattis jiraadhu jabduu keenya❤❤❤❤
Jira jireenyi! Eebbifami. Faarfattoota Waaqayyo kaase keessaa namni hangadhumaatti dhaabbatee Gooftaa isaa ulfeessaa jiru keessaa isa hangafaati.
what an amazing song May God Bless you Girmeeeeeeeeeeeeeee!
Ammmmmmeeen Ammmmmmeeen waqayyoo barafii jirreenyaa keessan haa Ebbbiissuuu
🙏🙏🙏
Ammmmmeen 👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰
Waaqayyo bara kee haa eebbisu faarfataa Girmaa nama faarfannaa dhugaa faarfatu.
Eebbifami ammayyuu nama waaqayyoo
Ayyanni sirra jiru kun fakkeenyummaa gaariidha faarfattoota keenyaaf
galatoomaa
Ebifamaa ebifamaa dacha 🥰🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Barrikee eebbifamee haa hafu Hambaa dhaloota si'anaati ati!!
Girmish ati xalayaa jiraataa keenyadha. Eebbifami!
Waaqayyo baraaf tajaajila Kee haa eebbifamuu nuuf jiraadhu
Waqqayyoo baraaf jireenyaaa kessaaan haa ebbisuu ❤❤
Ameen Waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisuu
Eebbifami, Waaqayyoo bara kee haa eebbisu.
Iddoo hin gadhiisiinaa wooww eebbifami sirraa waan baay'eetu baratama Girma
Faarfataa Girmaa Abbaa Jechoota Galaana, Ogeessa Hubataa Namaa Waaqayyo Baraaf Maatii Kee Yaa Eebbisu.
faarfataa Nana! Waaqumti waaqarraa si haa Eebbisu ani jecha hin qabu dhugaa !!!!!!!!!!
Motummaa waaqayyoo faarfachuun sirriitti siif Ifeera gooftaan jireenya kee haa Eebbisu.
Ayyanaasa sifaa baayisuu. Dachadhan ebbifaami👏👏👏👏👏
Baga ayyanni waaqayyo si baay'ate ammas ayyanni waaqayyo si haa bay'atu ebbifami
Ebbifamaaa❤❤❤❤❤
I love this heavenly song!! May God bless you!!! 🙏🙏🙏
Waaqayyoo Guddaa si haa Eebbisu Girmakoo!; Kan akkakoo Waaqayyoo karaa faarfannaa keen na eebbisee hin jiruu dhugaa!
Ameen Ameen gltmaa Baay'ee nama fayyisa dhugaa
Ebbifami giram kenyaa waqayyoo si haebbisuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayoo guddaa guddaa siin yaa Eebbisuu!!!
Nuuf jiraadhu umurii dheeraa Girmaa Keenya!
Girmish, ergaa qulqulloota jajjabeessu, Waaqayyo hojii irra jiraachuu isaa labsu, haalla amma keessa darbaa jirruun Waaqayyoon akka hin madaalle, halkaan jal'inaa kun utuu hin bari'iin akka hin hafnne karaa faarffannaa kanaa nuuf dhaamteetta. Waaqayyo abbaan ergichaa haa kabajamu. Ati immoo
eebbaaf ta'i.
🙏🙏🙏
Waaqayyo dachaa ayyaana isaan si haa eebbisu. Dhuguma ijoollee Waaqayyoof abdiin jira.
Ameen Ameen Eebbiifamaa waqayyoo isiin haa Eebbiisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ameen Ameen waqayyoo sini yaa ebisuu ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Yaa nama waaqayyoo guddaa guddaa ebbifamaa!
Baga waaqayyo si nuuf kenne faarfannootakee hundasaayyuu baayyee ittiin eebbifamneerra
Ebbifami girmee ayyaanni waaqayyoo siif haa bayyaatu
eebbifama waaqayyoo isinii haa eebbisuu ayyaanni isaa isiniif haa baayyatu
Ameen Ameen Ameen Ebbifamii daachaan daachaan Ebbifamii waqayoo barafi jireenyaa kesani ha Ebisuu Ebbifamaa kanuma calla oguma hubana isinifi ha dabaluu nama waqayoo ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
eebbifamii Girmaaa
Uffffeee waaqayyoo bara keessani nuf haa Eebbisuu 😢😢❤❤❤❤
| Farfataa Girmaa Kuusaa,...Baga Eebbifamte Eebbifamaa Namaa❤❤❤
Be Blessed Again!!❤
Waaqayyoo barakee haa'eebbisuu nama Waaqayyoo!❤❤❤❤❤❤
Ebbifami gudda
Ammmeeennn❤❤❤❤❤❤❤❤
Uffeeeeee akkuma jettee faarfatte ayyana jireenyaa siif haa kennu WAAQAYYO
Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉waqayyoo sini haa eebisuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🙏🙏🙏
Amen waqaayyoo sii hàa ebbbisu ayyanasaa siif haa baayiisu ❤❤❤❤❤ ammas dabalee sii hàa ebbbisu ayyanasaa siif haa baayiisu ebbiifaamii
God bless all who participated in this nice song!
Jiraa jiraa jirenyiii Amen Amen Amen Amen👏👏🙏🙏🙏💓🙏 gooftaan saa ebbissuu nama waqayyooo ebbiffami ❤❤❤❤
Eebbifami Dhugaa nama waaqayyoo!
Ati guddaadha Nama Ayyaanni waaqayyoo guddaan irraa jiruu maqaan si Arguu kootti guddaa Gammadaa si Addisuu jaallatamtoota Koo waaqayyoo amma iyyuu Bara jireenya keessaani haa Ebbisuu Ebbifamaa.
Ameeeeeeeeeen jira jireenyii! Gooftaan bara keessaan ha ebiisuu Ayyaannii isiniif ha bay'atu🙏🙏🙏 ❤❤❤
Faarfata girma waaqayyoo sin ha ebisuu ebifamaa
Mannii kee dhaallii kee goolii kee haa eebbifaamuu nama waaqayyoo haammaa dhumatii cimsee waaqayyoo siihaa dhabbuu
Eebbifami Girmish nuuf jiraadhu❤❤❤
Eebbifamaa ayyaanni isinif haa baay'atuu ❤❤❤❤
Ifaan guutee jira fuuldurri keenyi!
Eeebbifami jaallatamaako!