YOHANIS TOLESA | DIBABEE YAKKAMAA | FAARFANNAA AFAAN OROMOO HAARAA | 2025

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 12 янв 2025

Комментарии • 589

  • @Danielfikaduofficial
    @Danielfikaduofficial 23 дня назад +76

    Warri yoonii baayee jaallattan
    Like godhaamee comment kana

  • @dachasabafikadu8617
    @dachasabafikadu8617 22 дня назад +18

    Waa'een Yesuus gaafa faarfamu, ol nama yaachisa, Mootummaa Waaqayyoo. Ayyaanni kun siif haa baay'atu Yoone koo

  • @dasutomso6651
    @dasutomso6651 22 дня назад +14

    አሜን ኡፊፊፊፊፊፊፊ አሜን ክብር ይሁን ለኢየሱስ ተባረክ በብዙ በረከት ወንድሜ ድንቅ መዝሙር ነው ቋንቋ በልችልም እግዚአብሔር ቃል ነው ✅✅✅💯🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @FalmiTesfaye-kd2nk
    @FalmiTesfaye-kd2nk 23 дня назад +10

    Ilove you bro more Good bless you Jhon continue up to end of lif

  • @MergaBekeleOfficial
    @MergaBekeleOfficial 23 дня назад +9

    Waaqayyoon koo si haa eebbisu! Leencittii koo!

  • @WerkeFufa
    @WerkeFufa 22 дня назад +2

    Ebifaamii gudaa ❤❤❤

  • @Feenetfufa
    @Feenetfufa 21 день назад +1

    ❤❤❤❤❤ yonikoo ebbifami

  • @yadetaLikasa
    @yadetaLikasa 22 дня назад

    ,........qarooo lachuuu Hin qabuu.....
    Atiii mee dhugaa dhugumaan diibamaadha .
    God bless you.yonsha

  • @asteertaddas-vk3do
    @asteertaddas-vk3do 17 дней назад +1

    Waaqayyo Ayana Waaayyoo Dacha Dadabale sif ha Bayisuu Ebbifamii Hundumtii Kessanuu Ebbifamaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @SonaanAlemu
    @SonaanAlemu 13 дней назад +1

    waaqayyo waaqarraa si haa eebbisu. Itti aansuun immoo lyrics isaa uttuu hojjetee baayyee natti tola Yoonee koo

  • @عبدوالمصري-ش2ث
    @عبدوالمصري-ش2ث 20 дней назад +2

    Garaa nam chibisaa jechaa sinfii qabuu kana nama dhibuumoo ijolee qaxalee qaxalee farfaan kesan dhagefatamee hin qufamuu ayaanii waqayoo yeroo isiniraa ha,a jiratuu dhugadha bayeen boqodhaa faarfan kesanitii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MegertuMedeksa
    @MegertuMedeksa 23 дня назад +1

    Uuuuuufffffffeeee kaa ebbiifaamii qaxalee koo waqayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbiisuu ebbiifaamii darbii farfadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BdyrydShshey
    @BdyrydShshey 23 дня назад

    Amen amen amen amen amen ebbifamii qaliiko ayanni waaqayyoo kan caalatti Akka abidatti sirra ha boba.uu

  • @SmilingAquariumFish-uy6cj
    @SmilingAquariumFish-uy6cj 23 дня назад +2

    Uuuuuuffffeeeee waaqayyoo dacha godhe baraafi jireenyaa kee haa ebbisu ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KabayeElala
    @KabayeElala 16 дней назад

    Waaqayyoo Ayyaana siif haa baayisuu eebifami

  • @lalisad30
    @lalisad30 23 дня назад +1

    Eebbifami
    Dhiigni yesuusiin qulqulloofne!
    Ayyaanni siif haa baay'atu
    Jabaadhu!
    Dhhifama wajjin garuu ~sagalee kee kanuma caalaa of irratti hojjedhu!

  • @DamituuTagsaraa
    @DamituuTagsaraa 23 дня назад +1

    Wwwoooo bayyee waqayyo Goftaa iyaasuus isinifi has ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @DamituuTagsaraa
      @DamituuTagsaraa 23 дня назад +1

      Congratulations 🎉Congratulations 🎉Congratulations 🎉Congratulations 🎉🎉congratulations 🎉Congratulations 🎉Congratulations

  • @diboram-ss1we
    @diboram-ss1we 23 дня назад +1

    Ufffeee ameen ameen wqyo baraaf jireenya kee haa eebbisuu daarbii deemii hoomtuyu sin qabin maqa iyeesusin yone koo😢😢😢❤❤❤❤

  • @TigistTigist-g8t
    @TigistTigist-g8t 20 дней назад +1

    Waqaayyoo kanumaa callaa ayyannaasa sifii haa dabaluu ebbifamii namaa kakuu

  • @SaraSar000-g4k
    @SaraSar000-g4k 22 дня назад +1

    Wow wow wow wow wow wow Waaqayoo si haa ebbisuu hanga dhumaati cimsee si haa dhabu Waaqayoo ❤❤❤❤

  • @zalalemfikadu7323
    @zalalemfikadu7323 22 дня назад +3

    Yoni baga nagan dhufte far.foolin Kiristoos irra urgaa,uuu

  • @MalkeWeyuma
    @MalkeWeyuma 22 дня назад +1

    You are blessing man ummmmph again God bless you ❤

  • @oboro2
    @oboro2 22 дня назад +2

    Eebbifami Yoni jabduuko itti fufi.. faarfachaa hafi

  • @ApPhonetastic
    @ApPhonetastic 23 дня назад

    waaqaayoo baraa fi jireenyaa kee haa eebbiisuu eebbiifamaa maqaa gooftaa yesuusin

  • @EnyumaMulugetaoficial
    @EnyumaMulugetaoficial 23 дня назад +1

    Mucaa waaqayyo jechaan Guutee Ayyaanasn Kuule Yoonerkoo Eebbifami Qaxalee Ilmaa❤❤

  • @LammiTesfa
    @LammiTesfa 20 дней назад

    Farfannan akka yohannis kanatt..i nuuf jiraadhuu eebba biyyaa,qaxaaleekoo

  • @saqxuusaqxuu2938
    @saqxuusaqxuu2938 21 день назад

    Ebifaami waqumtii sii haa ebisuu jabaadhu kanumaa caalaa darbii farfaadhu uufffiiiii akkam namaati tolaa 🥰🥰🥰❤️❤️❤️

  • @Burtukan-m3e
    @Burtukan-m3e 20 дней назад +1

    Amen amen amen ebifamiii ebifamii dachan obolesakoo uuuuuuffffffffeeeer

  • @YobsanChala-of9mn
    @YobsanChala-of9mn 14 дней назад

    Ayyaanni kun sitti xiqqaata hin jedhu garuu ammallee dachaa siif haa baay'atu. Jechi ittiin Yesuusiin jajattu sittin hir'atiin.

  • @Bontusalale-q2p
    @Bontusalale-q2p 22 дня назад

    Uuuuuuuffffff ebifaami ayaanii goftaa kenyaa iyasus kiristoos siif yaa bayyaatu 🙏🙏🙏🙏 tajajilli kee fulaa waqqayoo duraati siif yaa fudhatamu 💯🙏

  • @Lalo-j6e
    @Lalo-j6e 22 дня назад

    waqqaayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbiissuuu ebbiffaamii guddaa farsaa hin qufaamneedhaa dhugaa

  • @HawineAbdeta
    @HawineAbdeta 23 дня назад +1

    Ebifam Daachaa Ayyannii isa sif haa bayyeettuu

  • @biqiltuutub4762
    @biqiltuutub4762 22 дня назад

    Uuuufeeeeyew Waqayyoo barafi jirenya ke haa ebisuu
    Farfanna aja'ibadha 🙏
    God blesse you my brother 😊

  • @almazdibaba1648
    @almazdibaba1648 21 день назад

    Eebbiffami Waqayyoo si haa eebisuu

  • @AchaluMerga-q7p
    @AchaluMerga-q7p 19 дней назад

    Ebbifaama koo ayyyaaaniiii dachaaa sifaa bayyatuu

  • @MeseretNigussie-i1f
    @MeseretNigussie-i1f 23 дня назад

    Ebbifamii Ebbifamii dachaa dachaa waqayyoo sii yaa ebbiisuu darabii farfaadhuu

  • @Qatar-n2f
    @Qatar-n2f 21 день назад +2

    Waqayyoo si ha ebisuu ebifamii ayyani waqayyoo kanra caluu dacha siratii hada balamuu ebifamii ebifamii biroo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @alemdegaga134
    @alemdegaga134 22 дня назад

    Uuuufffffeeeeee Amanu,el
    Ameen Ayyannisaa kanum calaa sif haa baayatu muca kaku Ebbiffami 🙏🙏✍️

  • @Hachalutesfayetube
    @Hachalutesfayetube 22 дня назад +1

    Jabaadhu yoonii koo ayyanni siif ha baay'atu❤❤

  • @fmasiiyoutube8238
    @fmasiiyoutube8238 23 дня назад

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebifamii gooftaan si haa ebisuu

  • @alemneshsadesa
    @alemneshsadesa 22 дня назад

    Amazing yonii Waaqayyoo si ha Eebbissu Eebbiffamii dhugaa farfaanna baaye nama boqochiissudha 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @BURTKANGURMESA
    @BURTKANGURMESA 18 дней назад +1

    Waaqayyoo ammayou ayyan is a sif haa bayisuu farfaata yohanis ebbifam ❤❤❤

  • @dirotolosa1150
    @dirotolosa1150 22 дня назад

    Eebbifami Ammayyuu nama Gooftaa!!
    Ergaa keessa namaatti hafu of keessaa qaba faarfannichi.

  • @ErmiasErmias-ke6jf
    @ErmiasErmias-ke6jf 23 дня назад

    Ebifamii haffii barakee guttuu

  • @KenaKenesa-n8i
    @KenaKenesa-n8i 23 дня назад

    Ayyaanni gooftaakenyaa yesuuskiristoos ammayyuu sitti haa dabalamu ebbifami

  • @JosySutuma
    @JosySutuma 22 дня назад

    Yooniii ko jaallatamaa namaa, Eebbifamaa Na waaqayyoo Dabale ayyaannisaa siif haa baayyatu

  • @Faarfata
    @Faarfata 22 дня назад

    Uuffee jaallatamaa koo waaqayyoo barakee haa eebbisu baay'ee jireenyi koo itti eebbifame❤

  • @Samsung123-eo3ej
    @Samsung123-eo3ej 23 дня назад +1

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuffff jaalalli waaqayyoo akkas akkasi eebbifamii ayyaanni waaqayyoo siif haa baayyatuu kanumaan caalaattii😢😢✝️✝️✝️🙏🙏🙏♥️♥️♥️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ObseeKebeba
    @ObseeKebeba 22 дня назад +2

    Eebbifamii nama waqaayyooo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @seenaazerfu5444
    @seenaazerfu5444 21 день назад

    Wow amazing Ebbifaamii jaba nama ayyanii dachaa siif haa bayatuu maqaa yesusin faru addati ❤❤❤❤❤❤

  • @TadeleDuguma-j5j
    @TadeleDuguma-j5j 23 дня назад

    Jabaadhu dhuga sirra ifa akka sirra jiru hin beeksifta

  • @MastuMe-je2om
    @MastuMe-je2om 14 дней назад

    Ebbifaami ayyaanni isaa sif haa dabalamu❤️❤️🙏

  • @HanaSisy-h6o
    @HanaSisy-h6o 23 дня назад +1

    Si biraatti hafee qabsooni sirrinniqabsoon cubbaamma lafa yaasegalaafata du,a,of gateera fanno kee jalatti si ganuf agaartun jabaadhu,badii malee dhaqte gabaa lubbu gooteta akkan mana kee jiraadhu,eebbiifamteta dhugaa akkam namatti tola waa,ee fannoo farfaachun dhugaa eebbiifammi kaachu kee itti fufi jabaadhu uuuuuufffffffffeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @GeetuuGaramu
      @GeetuuGaramu 21 день назад +1

      ebiifam nama waaqaayooooooooo

  • @ZenabZenab-s4x
    @ZenabZenab-s4x 23 дня назад

    🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏 waqaayyoo baraafi jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii dhugaa❤❤❤❤

  • @MiretuLema-c8c
    @MiretuLema-c8c 22 дня назад

    Yoni baayee eebbifami dhugaa jabaadhu jabaankee waaqaa

  • @felmetadame2951
    @felmetadame2951 17 дней назад +1

    Wooooow Amazing dhuga Eebbifami Qaxaleko ❤❤❤

  • @GadisaTesfaye-nn1qj
    @GadisaTesfaye-nn1qj 22 дня назад

    Eebbifami dhugaa dubbachuuf faarsaa kanaan baayyee tokkon ittiin eebbifame waaqayyo Ayyana kana caalu siif haa kennu❤❤❤

  • @TokumaChimdesa-k3p
    @TokumaChimdesa-k3p 22 дня назад +2

    Hoolichi Qulqulla'aan gaafa akkasitti faarfatamuu isa oli nama yaachisa Eebbifami

  • @martamarta5623
    @martamarta5623 23 дня назад

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebbifamii dacha waqaayoo Bara ke ya ebbisuu

  • @BeMotive2024
    @BeMotive2024 22 дня назад

    ati yesuuseef jecha qabda dhugaa, faarsi ayyaanomteettaa barakee guutuu.

  • @lalisad30
    @lalisad30 23 дня назад

    0 seconds ago
    Eebbifami
    Dhiiga yesuusiin qulqulloofne!
    Ayyaanni siif haa baay'atu
    Jabaadhu!
    Dhhifama wajjin garuu ~sagalee kee kanuma caalaa of irratti hojjedhu!

  • @AbdiiHabtamu-if4hf
    @AbdiiHabtamu-if4hf 12 дней назад

    Eebbifamii nama waaqayyoo🙏
    Nam-jabaa john🥰🥰❤

  • @AsinaFiqer
    @AsinaFiqer 19 дней назад +1

    Ebbifamii ebbifamii qaxalee mucaa gooftaa❤❤❤

  • @Genet-u8y
    @Genet-u8y 12 дней назад

    waaqayyoo sii haa eebbisuu yoonii Ayyannii waaqayyoo dachaadhan siif haa bay,atuu.bay,een ittiin eebbifamee faarfannaa kanan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @YoomifGabisaImana
    @YoomifGabisaImana 23 дня назад

    Waaqayyo barakee haa eebbisu.

  • @MartaaAgasaa
    @MartaaAgasaa 16 дней назад

    Welcome Yohanis bagaa waaqayyoo si garagare qalii nama eebifami

  • @Cell123-tp1nl
    @Cell123-tp1nl 16 дней назад

    Ebifamaa namaa waqayooo Kenya ❤️❤️🙏🏻📖👈🏻👈🏻💔👈🏻

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق 22 дня назад

    Ammeen ebbifamii kanumaa calati ayyani siif bayatuu

  • @AyentuTulu
    @AyentuTulu 22 дня назад

    Well come back bro ebiifaamii qaxaalee mucaa Waqaayyoo 🥰🥰❤️❤️❤️😘😘😮😮😮🎉🎉🎉

  • @daswak
    @daswak 20 дней назад

    waawwu Faarfanna kana baay'ee jaalladheera. EEbbifami Yobi

  • @kombikombii4029
    @kombikombii4029 23 дня назад +1

    Ameeeen ameeeen ebbaa I Qaxaalee muca yesus adaraa kee akkasumati itti fufee waanti lafa kun akka boode ti si deebine baayeetu mul'ate deebi'e dhokate qabeenya jedhe kun dhamsa kooti 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bashoBabsa
    @bashoBabsa 21 день назад

    Wowowowo ebbifammi jabaa namaa

  • @affsfsge2123
    @affsfsge2123 22 дня назад

    Ayyaanii isaa sif haa Dabalamuu joniiiiyy Bara baraan Eebbiifamii ❤

  • @BontoMoe
    @BontoMoe 22 дня назад

    Ayaniii waqayoo siratii hadablamuuuu barabaran ebifamiiiii ebifamiiii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @NaaafboonGedefaa
    @NaaafboonGedefaa 23 дня назад

    Ameen eebbifam qaxalee keenya yoonii atimee kenna keenya dhaam biyyaf eebbaa ta'ii

  • @shitoshito7511
    @shitoshito7511 22 дня назад

    Biro Koo Ebifamii Kanumaa Calati Ayyaani Goftaa sif yaa dabalamu Maqaa Yesuusiin 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @fanuzinabu
    @fanuzinabu 22 дня назад

    Uuffeee yesuus koo ,ulfaadhu ayyaanni sif yaa baayyatu obbolleessaa kenyaa❤❤❤❤

  • @Galoocawaqaa
    @Galoocawaqaa 23 дня назад

    Waqaayyoo baraaf jirenyaa kee haa Ebbisuu ebbiffaamii dachaa dhaan qaxalee mucaa kakkuu ❤❤❤❤

  • @YoseefJimma
    @YoseefJimma 23 дня назад

    Ebbifami dhugaa bayyee namati tola

  • @Niro-bf7nl
    @Niro-bf7nl 23 дня назад

    Eebbifamii qaxaalee mucaa kakuu ❤❤

  • @AlimaaKasoo
    @AlimaaKasoo 23 дня назад

    Ameeeeen Ameeeeen Ebifami hadhoo koo dachaaaaa

  • @HachaluDibeba-l5t
    @HachaluDibeba-l5t 19 дней назад

    Eebbifami Waaqayyon si haa eebbisu jabaadhu 👏👏👏👏👏👏

  • @MartaJevara
    @MartaJevara 23 дня назад

    Dhigaa ketii dhigaa keetii ameen kan cubbuun soodaatuu ameen dhigaa keetii yeesuus❤️

  • @ZufaanJifaaroo
    @ZufaanJifaaroo 19 дней назад

    Ebbifamii ayyaanni waaqayyoo kana caala sirraa yaa calaqqisu ❤❤

  • @DarabuTamasgen-w4q
    @DarabuTamasgen-w4q 20 дней назад

    Wooooow ayyaanaa kiristos innii sirraa calaqisuu kun srraattaa hafuu

  • @NegashyAsfgjdcj
    @NegashyAsfgjdcj 21 день назад

    Ammen ammen uuuufffffeeeee anaaf jete maal hin tane yesuse koo😭😭😭😭😭 ebifamii waqaayoo si haa ebisuu❤❤❤❤❤

  • @Darertu
    @Darertu 22 дня назад +2

    Waaqayyoo sii haa ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @فوزية-ت3ج
    @فوزية-ت3ج 22 дня назад

    Uuuuuuuuffffff Ulfaadhuu Yesuuse koo, Ameeeen Ameeeen Ameeeniii 🙇🙇🙇🤲🤲🙏🙏 Ebbifaamaa Ebbifaamaa Ebbifaamaa Ebbifaamaa Waaqayyoon Isiin haa Ebbisuu Ebbifaamaa Barii fi jireenyii keessaan haa ebbifamuu 🎉🎉🎉🎉♥️♥️♥️♥️🎉🎉🎉🎉

  • @burtukanchala2740
    @burtukanchala2740 22 дня назад +1

    Baga gammadhee kodhee ❤❤🎉🎉🎉

  • @Kuldinqa
    @Kuldinqa 23 дня назад

    Waooooo ebbifami abba jecha dilbi ayyani sf haa baayatu

  • @LelisaDemise-w1z
    @LelisaDemise-w1z 23 дня назад

    Jabaadhu gurbaa jabaa si wajjiin jira

  • @BurtukanTarikuu
    @BurtukanTarikuu 23 дня назад

    Ebifamii waqayyoo si ha ebbisuu barafii jirenyake❤❤❤❤❤❤

  • @MobileShop-lr2ti
    @MobileShop-lr2ti 19 дней назад +1

    Ameeen Ameeen waqayoo siyaa ebisuu❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 22 дня назад

    Yooooonnnniiiiiiikooooo❤❤❤❤❤❤❤😢😢
    Eebifamiiiiiiiiiii guddaadhuuu darbii demmiiii jalatama muca❤

  • @AdugnaAysa
    @AdugnaAysa 13 дней назад

    Waaqayyo waaqarraa si haa eebbisu. Itti aansuun immoo lyrics isaa uttuu hojjetee baayyee natti tola Yoonee ko

  • @LomeGamachu-ke6ph
    @LomeGamachu-ke6ph 14 дней назад

    Yoonii qaxalee mucaa gooftaa eebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SinbooneeTaaddeeTube
    @SinbooneeTaaddeeTube 23 дня назад

    Ameen Ameen Ameen Eebbifami waaqayyoon faarfannaarrati faarfannaa sif ha dabalu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jineedms1661
    @jineedms1661 19 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤ ebbifami muca waqayyoo

  • @dawitbedo2376
    @dawitbedo2376 23 дня назад

    Eebbifami Jony
    Ayyaanni dachaa siif haa baay'atu!

  • @Emebet-p5v
    @Emebet-p5v 22 дня назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifamii yon koo dachaa dachaa