Abiy gaaffi guddan qaba jedhe?/Lola gudda oromiyarratti//2/3/2025 AGM

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 фев 2025

Комментарии •

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h 16 часов назад +2

    Yooyaa AGM gootoota Oromo 🙏🙏💪💪💪🥰🥰🥰♥️♥️💕💕💞💞💞💯💯💯💯🌹🌹🌹

  • @HamzaAbduramaan-q1t
    @HamzaAbduramaan-q1t 16 часов назад +3

    Yoyyaa yoyyaa Baga nagayan dhuftan AGM galatomi goota Kenya qaalii

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh 15 часов назад +1

    Baayyee isin hordofuu jaalanna AGM ❤

  • @Chela-l4s
    @Chela-l4s 16 часов назад +1

    Yoyyaa yoyyaa Isiin hordofnaa AGM

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh 15 часов назад +1

    Welcome to back AGM ❤❤❤❤❤❤

  • @WaanofiiGiiftiwalloo
    @WaanofiiGiiftiwalloo 14 часов назад

    Baga nagan dhufte leenca keenya nuf jiradhu qaalii 💪💪💪💪🐅👈

  • @JuharIndrisabdu
    @JuharIndrisabdu 15 часов назад +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @GalgaloHaro-d8k
    @GalgaloHaro-d8k 15 часов назад +1

    YARi💋💋💋💋

  • @BojaTesgara
    @BojaTesgara 15 часов назад +1

    Namitti atis afuufuutti kaate hordoftoota baay'ifannaan calliseetuman si dhaggeeffachaa jira namni humnaan itti rarra'e hin jiru hafuura hamaa jaarsa keessaatu ijoollee lallabaniin lolaa jira malee garuu waan nama dhibummoo utuu iyyuufi humnumaan lubbuun ibiddatti deemaa jirtu kun gara mootummaa waaqayyootti deebitee dinqiin kana caalu maaltu jira Yesuus jireenya!

    • @ObsaDido
      @ObsaDido 14 часов назад

      @@BojaTesgara jibba amantaa kanaa akka inni qabu an kanaan duraayyuu keessatti argaa ture.

    • @ZaakirMuhammad-w5g
      @ZaakirMuhammad-w5g 5 часов назад

      Inni salbaaja sehaa ka karatti bahee iyyu😮😮😂😂😂

  • @SuheyliAhmed-du5hg
    @SuheyliAhmed-du5hg 14 часов назад +1

    ❤❤❤❤😊

  • @SalmanAman-s1s
    @SalmanAman-s1s 15 часов назад +1

    Galatoomaa

  • @SuufaaHManzaa
    @SuufaaHManzaa 15 часов назад +1

    Wly bakumaa jirtanitii Rabin kadhadh abiyia dachimana isana haa cituu

  • @GdjhShshdh
    @GdjhShshdh 16 часов назад +1

    ❤❤❤❤

  • @Yahya-s2f
    @Yahya-s2f 16 часов назад +1

    Midiya kana akka lubuu kooti jaaladha

  • @MathewHabte
    @MathewHabte 15 часов назад +2

    Muusiliima ta'uu kee Amma hubanneerra ta'us Lallaba wangeelaa mootummaa dhiisi eenyuyyuu dhaabuu hin danda'u. Kiristoosiin kan of keessa hin qabne amantiidha osoo hin taanee ajjeesaa lubbuu ilmaana namootaati.
    👍Karaan, dhugaan jireenyis Yesuusiin qofa. Liqimsi kana. 🇺🇸🇪🇹🇮🇱

  • @Firoomsaamahammaddurrii
    @Firoomsaamahammaddurrii 16 часов назад +1

    Yes

  • @HassanAbdii-t5e
    @HassanAbdii-t5e 16 часов назад +1

    Ok

  • @aminhassan3525
    @aminhassan3525 12 часов назад

    My king jewar

  • @RemadanAbdi-z9r
    @RemadanAbdi-z9r 7 часов назад +1

    New waa'ee dirree dhawaa tana hoo dubbadhu

  • @aliyedalu6401
    @aliyedalu6401 16 часов назад +2

    Sababa amantaatiin biyyattii tana karaa adda addaatiin worri amantoota xureesan guutaniiru. Hidhamuu qaban! Tumamuu qaban! Akka waan Rabbi isaan bakka buusetti yookiin bakka bu'oota namootaa ta'anii ufi fakkeessanii iyyanii iyyisiisanii saamichatti boba'aniiru. Kanaan alattis biyyattii tazgabbii dhoorkutti jiru. Fagaatan isaan! 5:59

    • @DanoFikadu
      @DanoFikadu 16 часов назад

      Sintiendo Hin Murtaa,u Haguma Beektuuf Yaaddu Dubbatte 😊

  • @DinaaolGemme
    @DinaaolGemme 2 часа назад

    Duraan bay'een sii hordofa turee. Garuu atis odu dhiste amantikee beksifachuu fi irraa goruu jalqabde yesuus karaadh dhugaadha. Jirenyaa

  • @MaxJamal-i4b
    @MaxJamal-i4b 16 часов назад +1

    Dire dawa nannoo somalee jaala gala jirtii please sagalee tahiif

  • @ObsaDido
    @ObsaDido 16 часов назад +2

    Lallaba amantaa abbaan bakka barbaaddetti lallabuuf mirga guutuu qaba.
    Sababnis amantaan dirqamaan nama fudhachiisan hin jiru gaheen warra amantaa garuu amantaa isaa beeksifachuu qofa. Kun ammoo waan nama rakkise hin qabu.

    • @DanoFikadu
      @DanoFikadu 16 часов назад +1

      Dhugaan Jirtu Kanuma

  • @GammeeOljirra-ij5oc
    @GammeeOljirra-ij5oc 16 часов назад +1

    Galatoo

  • @ibsaamin-eg9zu
    @ibsaamin-eg9zu 16 часов назад +1

    AGM galatooma

  • @tecniphone6257
    @tecniphone6257 5 часов назад

    AGm. Bilbila. Kesan fedha

  • @HamazaQasiim
    @HamazaQasiim 16 часов назад +1

    Diree dhawaa firee

  • @abdibegna4308
    @abdibegna4308 16 часов назад +1

    Seerri waa'ee lallaba amantaa irratti ka'e sun warruama Phenxee ilaalaata. Isaaniis dhugaa qabu sababni isaa karaa jannataa karaa warri phenxeen irra jiraan Yesuus qofaa dha. karan jannataa tokko qofa waan ta'eef irra deddeebinee iyyaa jiraa. sichiis itti fufna

    • @makiama9561
      @makiama9561 16 часов назад

      Lakki bar yesusa Ergaama rabbitti ❤

  • @robera2563
    @robera2563 16 часов назад +1

    Sagaaleee waqqayyoo bakka itti lalabmu edoo qaba

  • @MaxJamal-i4b
    @MaxJamal-i4b 16 часов назад +1

    Dhimaa Dire dawa dunadhuu dire dawa nannoo somalee jaala gala jirtii please

  • @jaffarseid7638
    @jaffarseid7638 9 часов назад

    Abiy PP hin kijiba hojima isa ti. Biyya lolati demisisufi ta'aa.

  • @Firoomsaamahammaddurrii
    @Firoomsaamahammaddurrii 16 часов назад +1

    🎉

  • @retafufa
    @retafufa 4 часа назад

    sobuu egaltee boo atis

  • @SolomonGirma-n3s
    @SolomonGirma-n3s 16 часов назад +1

    Tortorra motumma hadharawu walarginna yoo rabbi jedhee

  • @makiama9561
    @makiama9561 16 часов назад +1

    ,❤😂😂😂❤❤

  • @MahamadUsmaan-yt7uy
    @MahamadUsmaan-yt7uy 14 часов назад

    Ummanni oromoota Baalefi baha oromiyaa. PP Saba keenya cunqursaa jirtu amanuun miidhama milishoota Somaalef idaan saaxile.

  • @Ayyuutbayisa
    @Ayyuutbayisa 15 часов назад +1

    Be neutral as a media

  • @aliyedalu6401
    @aliyedalu6401 15 часов назад +1

    Oromon kallattii meeqaan buqisu?

  • @NimaMuhamed-x8f
    @NimaMuhamed-x8f 16 часов назад +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 13 часов назад

    Ola must control finfine now! Abiy is finished

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh 14 часов назад

    Akka naggeenyaa warra
    biraa dubbitu kanatti maaf naggeenyaa oromia keessa dhabame kana hoo? Maaf itti hin dhagahamnee???

  • @HassanAbdii-t5e
    @HassanAbdii-t5e 15 часов назад +1

    Lallaba amanta abban bakka barbaddetti lallabuf mirga. Sabanis amantaan dirqama namanta nama fudhaachuuhin jiruu

    • @HassanAbdii-t5e
      @HassanAbdii-t5e 14 часов назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @birhanutolasa7062
    @birhanutolasa7062 6 часов назад

    Warra halkan irribaa nu kaasanii nu jeeqanis dhowwuudhaa.

  • @SuheyliAhmed-du5hg
    @SuheyliAhmed-du5hg 15 часов назад +1

    ❤❤❤❤❤

  • @MaxJamal-i4b
    @MaxJamal-i4b 16 часов назад +1

    Dire dawa nannoo somalee jaala gala jirtii please sagalee tahiif

  • @JadeeW2333
    @JadeeW2333 4 часа назад +1

    ❤❤

  • @MaxJamal-i4b
    @MaxJamal-i4b 15 часов назад +1

    Dire dawa nannoo somalee jaala gala jirtii please sagalee tahiif