Waaqayyoo ummata Nagaa akkaa bishaan dheebotee akkaa midhaani Beela'ee Kan bara Dheera imimmaa xinnaa fi guddaa Waaqayyoo bira ga'eraa ammasa hanga dhummatti Waaqayyoof dhifnera inni nu gargara biyyaa keenyaaf Araraa.
This event is the beginning of the everlasting peace in the country . Everywhere should be done for the country's peace and its development . No profit from conflict , win - win is a means to resolve the problem ....
Waw bayye nama gammachisa garu ararama onnerra tahe akka tahu qabun hawwa.Wol qabanne hiyyumma seenaa nama godhu rabbin nu ha godhu.sababa worana kan kahe iyyumma wojjin wan bayye jedhama jirra biyya nama kessatti.
What i want to say again is as every body know this unity is very important not only for oromo and oromia but also for Ethiopia. My other wish is if Fano and Amhara's state reconcile each other. I hope God make it real.
Uuuuuuufffff kana akka koo gammachuu dangaa hin qabnnee gammadee enyuu gammachuu keessa darabe bo,e 😢😢❤❤❤❤
Anaa wallahi uuuuuufffff
Fakkessun bareeda miti
Kkkkkkkkkk..........fakkeesitoota pp??????
Me Dhugaa jedhi gowwa.
Anis akkuma keen bo'e 😢
Elelele elelele elelele elelele Yaa waqqayyoo araraa kee nu busii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
እልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል አለሀም ዱሊለህ ሰለም ለሀገረች ሰለም ለህዝበችን👍👍👍👍👍👍👍👍💐💐💐💐💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Waaqayyoo tokko sin haa tasisuu amma you galatooma oro koo akkati sin argun keenyaa gamachuu guddatu nuti dhagamee❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤dhugadhaa lubbuukoo ❤❤❤
❤@@BaqqaluuGaddisaa
Ebifamaa nufii galatomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gootummaa Hoggansa ABO mul'iisee dha❤🎉🎉❤❤🎉
yaa rabii dhugaa godhii araraa kanaa yoo dhugaa ta'ee alhmduuliih 🎉🎉🎉🎉
Araarrii fi Nagaan kun Hoggansa Bilchiina qabuu fi Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin godhameen argamuun isaa firii boonsaa dha.❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqayooo nagan kee waan nuuf ta.ee galanii siif haa tahuuu ulfadhuuu
Amalee nagankee nuuf haa hayatuu😍😍😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Alhamdulillah ❤❤❤
Waaqayyoo ummata Nagaa akkaa bishaan dheebotee akkaa midhaani Beela'ee Kan bara Dheera imimmaa xinnaa fi guddaa Waaqayyoo bira ga'eraa ammasa hanga dhummatti Waaqayyoof dhifnera inni nu gargara biyyaa keenyaaf Araraa.
Very great achievement keep it up!!! We are very happy we need peace development , progress for our country.
Alhamdu lillaah yaagooftaa saba koo galanni siif haa ta'u alhamdu lillaah
Yaa sabakoo baga gammaddan warra hafanis Rabbiin wolitti nuufa haa fidu
uuuuuufffff imimmaantu nabue wollaahi
Uuuuuffffarara buusi waqayyoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Kuni Waan Guudaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Yaa waaqayyo tokkummaa nuuf jabeessi❤❤❤
dhugaa rabii anii duraa biyaa koo gala jedhee jiruu naa harkaa badee mee dhugaa nuu tasisii🤲☝️😭
Galataa kee yaa waaqayyoo ❤❤❤🎉🎉🎉
Baga Kar nagahatii dhuftanii galanii rabbiin haa gayu
Yaa rabbi Galata kee
Mashaa Allaah Begaa negeyaan galtaan
Galtaa waqaayoo ❤❤❤❤❤❤
Great 🎉🎉🎉
Dhugaa nuuf godhi yaa waaqayyoo Ani BBB baayeen gammaade❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo nagaa nuuf busuu maloo biyyyaa keenya dachee oromiyaaf❤❤❤❤
Yaa waqayyo umma keenyaa Dhugaa nuf godhii 🤲🤲🤲🤲🤲
Elelelelelelelelelelel galataa kee yaa waqqaa koo ammas Kan caala oromiyaaf nagaa busii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaalhaa 🎉🎉🎉🎉congratulations ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nageenyi biyyaa kenyafi yaa dagaaguu waaqayyoo jaalala nufi yaa kennu dhugaa ta'e garuu
ሽሜ❤❤❤❤❤❤❤
ሰኚ❤❤❤❤❤❤❤
ሰላም ❤❤❤በጣም ደስየሚል ነው ❤❤❤❤❤❤❤
ኢትዮጵያ ለዘላለም ትኑር💚💚💚💛💛💛❤❤❤
Yaa.waqayyo.ummaa.kenyaa.nuf.godhii❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤
Waaqayyo dhugaa haa godhu ❤❤❤❤❤
Alamdulilah Yaa Rabbii Galataa Kee Gudadha Walhi Oromoo Tiyaa Baga Gammada Baga Gammanee ❤❤❤❤❤❤❤❤
This event is the beginning of the everlasting peace in the country . Everywhere should be done for the country's peace and its development . No profit from conflict , win - win is a means to resolve the problem ....
Baga gammanne Eebbifamaa Rabbiin kana booda wal nu hin dhabsiisin yaa qomoo koo❤❤❤
Uufff bayee bayee tokko dasii namaa jedhaa dhugaa bagga dasii sin jedhee oromoo hunduuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤❤❤
Dhugumaaa❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuffffff kan akka koo gammachuu dangaa hin qabannee gammadee enyuu ?? 😢😢😢😢❤❤❤sabaa koo rabbiin tokkoo isiin haa tasisuu ebbifammaa tokkummaa tokkummaa tokkummaa yaa ummataa orommoo goftaan immimman hadhollii kenyaa waqayyoo argerraa ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
This have made me very happy, it is very interesting event, let you proceed together WBO and Oromia state.
Uuuffee yaa waqayoo galata kee❤❤❤ biyaa keenya fi Lammii keenyaf tokko nu tasisi❤❤❤❤
Dhugaa akkam nama tolan❤❤❤❤
Uuuuuuu Galata kee umaa oromoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ellllllllllllllllllllllllllllllllll🎉🎉🎉🎉 yaa rabbi dhugaa nuuf godhi nagaa nuuf buusi jalala tokkumma nuuf keenni yaa rabbi yas umaa keenya adaraa nagaa kee nuuf buusi dhugaa rabbi ani imimman qabachuun dadhabe uuuff yaa rabbi dhugaa nuuf godhi😢😢👏👏👏
Har'a baayema respect gootan mr
Tokuma kessan hatu fi samtu saba kenya irra aka badu, sabni kenya aka wal gargaru, aka kabaja argatu gargara.🏆🏆🏆🏆🏆❤️❤️❤️❤️❤️
Yaa waqayyoo atii nuf dhugaa godhii nagaa dhebooneraa 🤲🤲🤲🤲🤲😢😢
Yaa rabbi kan hafellee nagaan nuuf galchi, Oromoo tokko taasisi, amiin.
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Congratulations wow!
Uuuuuuuuuuuf yaa wqyo siif galanni guddaan haa tau❤❤❤❤❤
Waqayyoo bagaa tokko siin godhee dinnii lafaa ilaaltuu❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
As wr wb akami nghan naf
Uuuffeee Galani Waaqayyoof haa ta'u Hamma dhumaatti Waaqayyoo nuufi haa Cimsuu🤲🤲🥰🥰
Gammachisaadha!
Waliigaltee nagaa MNO fi waraanni bilisummaa Oromoo gidduutti mallatteeffame tarkaanfii murteessaa fi boonsaadha!
qe'een Oromoo nagaa dheeboteera! Oromoon nagaan manaa bahee galuuf dararaa ilmaan isaan irra gahu sadaachaa jiraataa jira!
Warri waliigaltee nagaa mootummaa fi WBO Jaal Sanyiifaa gidduutti mallatteefame kana mormaa jirtan dhaabadhaa ofilaalaa mee🤲
warri bu'aa siyaasaa daldalaniin jiraatan nagaan akka hin buuneef akka hojjetan beekamaadha! girrisaan mee tasgabbaa'a! harmeefi abbaakee maatiikee baadiyyaadhaa dararamaa jiran ilaaliitii yoo dandeessan nagaan akka bu'uuf deeggaraa. yoo dadhabdan callisaa!
#Nagaan_biyya_Keenyaaf_haa tahu! ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Congratulations oro ko😢😢😢😢
Alhmamadullahi rabbii tokko isin haa ❤❤❤❤❤🎉🎉😢😢
Uuuuufffee ulfini waqayyoof haata'u ilililililililililil ulfadhu goftaakoo waqayyoo tokkumaa kesaan haa cimsuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Baga gammaddan Baga gammanne🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
Yaa waaqayyoo atii fiixaan nuf baasii 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
bay.ee❤❤❤❤ garii
Dhuguma moo akkamii ummannii ba'ee galuu dadhabee Dhuguma
besmaamwolde- fussug!
Jabaadhaa qoosaan ummata oromootti qoostan tun yoo isin baafte ni Eegnaa
Soba Bakkee keessaa maaliif Sobduuy Tish
Nageenyi waa hunda caala!
Bullee laalla Onnee qulqulluudhan Hojjachuu gaafata!
Dhuuga godhi yaa waaqa koo baga gammadan ummanni koo marti 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉galanni waaqaf yata'u🙏🙏🙏
❤❤❤❤😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉
በርታ
Mashalaa Mashalaa ahlahadulilayii rabii guyaa qabaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
imiimaantuu naqaabee dhugaa rabbii yarabbii gammachuu nuf debiisii adaraa adaraa kutaan gandaan wal hin qodinaa
Wow yaa waqaayoo galani kee hinbadin .suma kan Mala namaf huumu bagga nu gargartte kaa gotta. Siliuma you hojjidhuma sheexanati malle ormoo mitti kanyuu adda ba,uu hinqabuu dhalii nama hunduu tokkuma .dhalla nama hundaa waqaayootuu huumee wan ta'eef .waqaayoof galanii haa ta'uu. Bayyee gamadeera Amma Lee tokko nuu hagodhuu.
Ammaas yaa rabbii ammallee Oromoo tokkoo nuuf godhi !
Temsgen❤❤❤❤
አልሀምዱሊላህ ደስ ይላል ሰላም ለሁሉም ይሁን
Rabbiin Araara kana guutuu nuuf haa taasisuu malee waan biraa maal jeenna Rabbiin galanni haa ga'u
Waw bayye nama gammachisa garu ararama onnerra tahe akka tahu qabun hawwa.Wol qabanne hiyyumma seenaa nama godhu rabbin nu ha godhu.sababa worana kan kahe iyyumma wojjin wan bayye jedhama jirra biyya nama kessatti.
Galatoomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yarbii dhugaa nuf godhiii allam duliahiii❤❤
Baayyee nama gammachisa
Baga gammaddan🎉🎉🎉🎉🎉🎉
inni dur shanee jechaa turtan har'a waraana Bilisummaa Oromoo ta'ee!!! Afuuftuun kunniin
Waaqayyo hunduma isaanii haa galchu❤❤❤
Waqaayyoo nagaa isaa nuf haa buusu hundaa kan dursuu qabuu nageenya ❤❤❤
Al-hamdulillaah!
Yaa rabbi dhugaa godhi!
Arra dhugaan
Wly hedduu takkaan gammade!
Alhamdulillahi rabbilalamin baga rabbin oromiya kessatti nagaa buuse
OROMOO HUNDAAN BAGA GAMMADDAN JECHUN BARBADA.
maaloo maaloo yaa rabbii dhugaa nuf godhi adaraa maloo maloo itti fufa
uuuuuuffffffff kan akka nageenya maaltu jira waaqayyoo araaraa isa nuuf haa buusii hundi keenya gara waaqayyootti boo'uu qabna
Nagan ilmaa namatiif barbbaachiissaadhaa rabiif galaanii hatuu🙏🙏🙏
yaa Rabii dhugaa nuf godhii😓
What i want to say again is as every body know this unity is very important not only for oromo and oromia but also for Ethiopia. My other wish is if Fano and Amhara's state reconcile each other. I hope God make it real.
Beginning of something big ❤.
Always peace and love win
Isin worri afuuftuun kun rabbiin isin balleessuuf taa'a
Mashaa'llah Gudaa Galatooma🎉🎉🎉🎉🎉🎉
ALhamdulillaa bagnagatanee❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 woljabeefanaa hadaraa
Yarabbii tokkoo.nugoodhii adaraa 😭😭😭😭😭😭
nagaan waan hundaa caala🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Alhimdalha rabbii biyyaa Ken nag nuuf bussu😢😢😢
Waaqayoon amaree kanaa calaa nagaa tokkumaa jalalaa yaa kenuu biyyaa kenyaf
salamtuuu wayiii maal albaata waraannii lolaa jira bar
Sammuu kee keessatti lo@laa jira kaa dammaqi hirriba irraa 😂
Mashaa alhaa mashaa alhaa bagaa rabbi nu gamachisee
Wly rabin dhuga nufi haa godhu inshalha
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuuuuuuuuff wantiin anii halkkaniif guyyaa hawwaa ture kana warraa hafanis motuummaan ga'ee olaanaa qabaa jal marroos akka waliin hasa'uu yaa rabbii galaatoomii
Yaa Waaqqaayyoo galani sif hata'u
Galatoomaa dhuugaa rabbii❤❤❤🎉🎉