Zad ko wallah dubbin akkuma ati jette bayye nama dhiba tani isaani fi Rabbii tu beeka Rabbiin Jara lamanille walitti nuf ha ararsu namni waldhabun duruma Jira wan haraya miti garu immo namonni Jara keenya kana laman ajanda godhatani walirratti dula jiran oso ufi laalani isaanif wayya jedha akka kiyyati inshaallah Rabbiin keeyri ha godhu
Ana dhifamalee na godha jawarifi jali maro jetanisi hini jaladhu ani jawari kuni aka dubarati wocha jalataa hini kijiba oso baka Abiyyi kana jirate isilamumafi kiritanuma balese wakefana gudisa😢😢
wl wr wb hin sobaa jawar Abichu mitti anii ishen wallaltun kun namman ajessu barbade siin ajjessaa hin jedhu kittaba ittin shaqallachuf jedhetti bar Rabiin dulluma kesa namman salpisiin ibo Angon issa machesse ho inaffan kansaridha😂😂
Jawar waan soba lafaa ka'ee hin dubatu,yokii yeroo Abiyiin akkas jedheen saan wani inni dhoysef akka namani
walitti hin buneefii ,abiyiin silumayuu nama yaadaan isaan fallaa yaadaan mormu oso tane ajjesee ballesuu Barbada,Jawar akka rabbiitif har'a gayee malee osoo akka dinati du'ee ,Jawar kenyaa Amalee rabbii isaa haa egu ijii hamtun isaa hin argiin, rabbi hiree garii hunda isaa haa latu, rabbii bakka inni yadee hundan isaa haa gayuu Inshaallaah,jawee kenyaa Rabbii umarii isaa nuf haa dherresuu Inshaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤
Atii ammaa jawaariin sobaa haasayee jechuu feetaarree😢😢😢
@@jawaar9804 Ana bay'ee nati dhagayame
Mashaalla tabrakalla jabanana kee badaa bareeda
Jawarii baga rabbii lubbuu kee basee habibii❤❤❤❤
Usaatazii baayee sii horidofa garuu hama attii video hojatu baayee sii egaa abiyiisi hunduumaa ni jaalladha obbollaani mana keesa qeeqaani bakka jawwar irraa irrikisuu barbaadee kanattii aree abiiyii dogogoruu dandaa mallee jawwari soba Hin dubaatu obbolleesa koo afooyituu❤
Yaakijibaa jawedesummii
Jawar soba afufabo dhengaadayu hariatame demem nairobidha
Sirrii mitii sireefadhu Mubarak
wlekumasalam waramatullahii wabarakatu biyya gizzeen jiru quran in qarane garuu biyya beenii qaraa jira alhamdulilah du aaii na godha adaraa
Maatii naa tahaa❤rabbin duniyaaf aakiraa isin haa gammachiisu😢❤
Rabbiin isin haa tikissuu Jawwee keenyaa hamatu hundaa iraayu
abiyii Rabbiin nuraa si haa kasuun Yaa Rabbii Yaa Rabbii YAA Rabbii
Kkkkkk jawar Abjun arggee dhuga semm😂😂
Aboo Jawwee Koo Shirkii Dubbatte Akka Toowbatu Biraan Naaf Gahaa
100% dhuga
Siyaasa hin seenin simiidhanii nadurraa❤😢😢
Subhannallah
Abba sobban siyasaa ofaruu namaa sobuu Rabbin haqabuu.
Usii atii kulloo ilmaa nafxanyaa jawartuu kijibee jechufii deemtaa
Haacluu yu waamee si Ajjeesaa jedhiin akkussumaa Ajjeesse😢
Wa wr wb achumanis zad Oro beeyyen si jaaladha nuf jiradhu jaba nama❤
Sallaalla Aleehi wosallam
Namichati jawaar kun hin sobaa dubataa jibaa Abiy wan qabufii
Isadhuma Wajumaan Fin finfinee. Jiraan
Wallayii dhugaadha Abiy yaali ajjeecha miti , ni godha jedhen yaada Wallayii
hadha abbayyiitti amanuunuu jirkiidhahattu
Hin sobnee jawari dubii dhugatii
Jechaa Abiyii jedheen sodatee himachuu qabare Abiyii yoo dhugaa ta.ee hacaluu hundesale akkasumaa jedheni ajjese
Eenyuuf obsa Jabeen summi
Jawesummi hinjallatin
duula filannaa dura waame akeekkachiise
Wl wr wb ati irraa haasa'i malee siyaasatti hin makami rabbiin siyaa eegu
Rabii nufii haa ibsuu quranaa❤❤❤
As wr wb ❤❤❤❤
Dhugamanii boyaa silaa moo galatui arsee
Zad ko wallah dubbin akkuma ati jette bayye nama dhiba tani isaani fi Rabbii tu beeka Rabbiin Jara lamanille walitti nuf ha ararsu namni waldhabun duruma Jira wan haraya miti garu immo namonni Jara keenya kana laman ajanda godhatani walirratti dula jiran oso ufi laalani isaanif wayya jedha akka kiyyati inshaallah Rabbiin keeyri ha godhu
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂በትክክል ወንድሜ
Wl wr wb jirtuu
Abiy ni jedhaa ini milinik 2 ffaadhaa dhigaa oromoo hin qabu ni kedhaa 100 irraa 100
Ana dhifamalee na godha jawarifi jali maro jetanisi hini jaladhu ani jawari kuni aka dubarati wocha jalataa hini kijiba oso baka Abiyyi kana jirate isilamumafi kiritanuma balese wakefana gudisa😢😢
Motummaa maalgochuu danda'aa
Atis jarmarte
Rabbin si ha’eeguu 💔😭Hagan woligodhuni ya’uumata kena🤔
Jedhuni danda'a waa hundafu rabbi haa laafisu
Jawaar Abiyyi yoom jedhe ofii itti dabalee malee mucaan
Haacaaluu akeekkachiisee ka'eeti bar kan ajjeese
Abbiyi ni jedha inni hacaluu ajisise isumaa
Jawar sobee Nama waliti diraaa
Wahii mube rabbiin nuf ha laffisuu hunda Kenya 🎉🎉🎉🎉
😂😂😂Sitti hin hafne xinxalaa. waan hin beeyne seentee hin borcin. Sirraa mullata dhala Abiyyii
Abiyin hin jau hinjanu jaween hin sobu
Hini kijibaa araga jawari Abiyi nama bekadhaa❤❤❤❤
Kijiba jachuu keetii
Namni salaataf, quraana hin qamnee jira jedhee jiruuchuun isaa anaaf gaaffiidha🥹
Mubarak Nama naannoo kootiiti.
Abbaan isa barsiifataniiru.
Haalli guddina isaa haala inni amma irra jiru kanaan faalladha.
Dhugaete rabi ufalafisu qurana malejirenyi ijiruu
Jawaren hin afufaa😂😂😂😂😂
Wl wr wb hadhuginu ka bunaa
Wallahi billayi ati Abiy degara jira 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kanin jedhu hatisaa malii silansaa kan gorgisi dhaqxu
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawar ufanow
Dubbiin jawer dhugaadha
Miti Abiy ni jedha Sodachisuf
maalif akka isiin Batu gotuu qajelfama rabbi nuf ka'en bulaka
Eee nii ta'a amayuu waan hin dubatin heduu qabaa jawwar abiyi jechuun wallaahi gowaa akka namicha abiyi argee hin beeku nii jedhaa eeeeee shaki takoo hin qabuu anii bayee sii jaladhaa garuu yoo jawwar qexee wallaahi sii jibaa jawwar namaa dhugaa qabatee demaa jiruu malee naa haa jalatanii iraa namaa haja qabuu mitii qeeqa jawwar kana itumaa dhisii jalatuulee dhabduu osoo itii dhiftee iraa siifi garii jedhee yadaa garuu filanon keeti jawwar namaa haqina yadaa fi hinafa qabuu qofatuu qeequu dandaa jawwar koo yaa kaa isilamumaa waliti qabnuu jawwee koo rabbiin kayo tee galaman gahee sii gamachisee nulee haa gamachisuu rabbiin dinii isaa iratisi sii haa jabeesuu yaa rabbii Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin
Atii maliif waan bayee wolittii hitee fidaa
Rabbiin nuuf haa dini isaa barraachu
yaa kijibaa sin ajeesaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂kkkkkkkkkk
Hamakaa yoo sureen isaa eraa buhee yokin kophen eraa buhee badee abiyii jedhaa akam haa gonuu ree magudumaa tuu itijiraa kanafii mal akaa betanuu umanii kun magudon manaa kesatii agartanii hin betanii moo kanaf akas godhataa dhisaa afan magudotii wojin hin rakatinaa ishii umataa gowaa ardan biraa taraa okee abiyii alih amalee dahimaa wan fedhee yoo godhee ijolumatuu itijiraa rawen imoo qadasatuu gahee kanifii ishii aban isinitii tolee lahikii hin dagatinaa nagan hadhaquu hin gahaa mal godhaa kanan achitii
Wl. As wr wb. Z ❤❤❤❤❤❤Worii fudhee dudii nuu citee jedharaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yaa ummataa siyaasaa sobduuu haaraa dhiiftee zuulmiii duukaa oltuu bakkaa deemtuu kaan hinbeeknee
Ws wr wb akkam jirtaa Rakkoo hin qabuu fuudhii hin sodaatini
Amiin
❤❤❤❤❤🕋🕋🕋🕋🕋🤲🤲🤲🤲🤲
maarshii sobaa gara maarshii dhugaatti yoojijjiire isaaf bareedaadhawollha namni situffata akkanatti!!!!!!!
Namni nama achesu fedhe namati hime nama ajjeesa nisoba
Akuma Ujoleen Qaladuu Itii qaladee😂 natii fakataa
😂😂😂😂 ya sobaa jawari
Abiyi namaa bolguudhaa malee akuumaa haaccee nyatee jawwee lee nyachuu jedhee ti ishallaa Raabbin isaa hadhabasisuu bakkaa jawwee
Eeyyen obbolaa koo namni wanta siyaasaa tokko gaafa tokkoof ol kaayata keessattuu namni kun nama hayyuudha gaafa dubbatuuf gaafa cal'isu beeka
Ni jedhaa ee namnii sammuun hin yaadnee
wl wr wb hin sobaa jawar Abichu mitti anii ishen wallaltun kun namman ajessu barbade siin ajjessaa hin jedhu kittaba ittin shaqallachuf jedhetti bar Rabiin dulluma kesa namman salpisiin ibo Angon issa machesse ho inaffan kansaridha😂😂
Hin sobaa namichiii😅
Dhugaa keetii
😂😂😂 gudhiidhabbookun 😅😅😅😅😅
Jabbaan isuuma qur'aanuma qara'aa jette sanii
Dhugii bil afiyaa bunii 😂😂😂😂
As wr br haasan keessaan hndiiyuu baaxilaa siyaasa keessan sobaa fi shiikkitti caalukaana
😎😎😎😎😎😎
Jawee soba jetee yadaa atii Abiyi manatii waamee sii ajesa jedheeni dhufatii jedheen sii haa galuu tana dura yoo dubatee jawar mali godhaa jetee yadaa? Jawar hufufee waan argee odesuu setaa bakaatii dubatuu bakaa Abiyi hacee mal godhee akekachissee betaa kanafuu dhifamaa wajii kaa nama sobatii hin yadanii
Please Dhagee Fadhu
Dhagee Fadhu waan jowaar kaasuu hin Qabduu🚫🚫🚫🚫
Shekh Mubaarak musanaa
Kkkkkkkkkkkk
As wl wr wb hardha koflan nu fixee
Hin sobojechu barade halaya seni Abiyi wajini😂😂😂
no jawar bichaa mitii warri ajjeechaan doorsifaman ni dhokfatan malee hedduudha kijiba miti ammoo dhugama aggaammii ajjeechaa isumatu itti labsee jennaani hin shakkin bro dubbiin ni callifamtr malee fagoo
Ebbadee ballaan butee qoyyii Zad ammaa kanaf fudhaa mallee haftaaree amma
Woyo.garako😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Sooba hin dubbatu Akka kotii dhuguma
Quranatti kolfun sirri miti dogongora Qabatus
Haasawa kee kanaan jawar osoo hin taane of ibsaa jirta
Garuu namoonni si hordofu kun hagas mara gowwaa miti.Oky