Nama baayyee kabaja namaa qabu fi gaheesaa seeraan bahataa jirudha. An carraa isaanii woliin wol arguu argadheen ture air plane keessatti nama nama hintuffanne ❤❤❤
Dr. Abdussemed Huseen onneen,kutannoon fi abdiin ati qabdu baay'ee kan namatti toluu dha....dabalataan ummata keenya gara political society tti guddisuu keessatti gahee guddaa kan qabu isin jedheen yaada.san irratti xiyyeeffannoo guddaan osoo kennamee gaariidha.....after all I appreciate your idea...Habtish atillee guddaa galatoomi.
Dr. Abdusamed, your leadership and dedication to making a difference are truly inspiring. Thank you for your tireless efforts in serving the community and advocating for positive change. Your work continues to impact many lives, and we deeply appreciate all that you do!"ilma A/jifar
Habtish Ustaaz kaamil shamsuu yoo siif hayyamame nuuf affeeri galatoomi 🙏🙏🙏🙏
Adaraa yaada gurbaa kana dhugoomso habtish
Dhugaa dhugaa naman yeroo bayeef arguuf dhegefachuuf haa'uu isaa tokkodha nuuf jiradhuu LOVE AND RESPECT DR ABDUSAAMAD ❤🙏
Hiriyaakoo Ganamaa Dr Abdussee🙏✌🏼
Nama baayyee kabaja namaa qabu fi gaheesaa seeraan bahataa jirudha. An carraa isaanii woliin wol arguu argadheen ture air plane keessatti nama nama hintuffanne ❤❤❤
Wowwww Wowwww Namaa Yaadaa MO.attaa qabu Jajabadhuu ❤❤Waaqayyoo hundumaa keessan Yaadaa keessan hundaatti siin haa Milkessuu ❤❤❤❤❤.....atis Jajabadhuu Qaxallee Kenyaa
Dr. Abdussamadiin, nama jabaa biyyi abdii irraa qabdu dhiheessuu keetiif Habtaamu galatoomi 🙏🙏🙏!
Dr. Abdussamad ijarraa offoli. Jabaa dhu Rabbiin gudfaan qalbiikees arrabakees kallattii hawaasa tajaajilutti siif hatiksu. Bakka guddaa geessee arguun hawwii kooti.
Gara ministeera fayyaa adeemtee utuu ogumma keetiin hawaasa kee tajaajiltee baayyee natti tola.
Dr Abdusemed Husen goota Gumayi dhalchite 🥰🥰
Baayyee baayyee galatoomi Doc.❤❤❤❤❤
Maashaa allah tabaarakallah garuu akka dr abiyyyiitti akka nu hin gabroomsine
Garuu carraan biyya bulchuu kan johar muhammadi ati xiqqo turi amma dura joolleedha hanga waggaa 40 geessuu taa'ii guddadhu ok😊😊 sababni isaas isinuu ni beektu filannoon keenya johar muhammadi gurra isin calaw ani jibba isaallee hin qabu sababni isaas waan muslima taheef namni muslimaa rabbi beeka guyyaa aakhiraa beeka haqaa namaa ofirraa eega nama hin zollomu tanumaafi jibba keetis hin qabnu garuu filannoon keenya johar muhammadi jaalattanuu jaalachuu baattanuu.
Maraatutuu biyyaa bulchaa biyyaa bulchuun dandeti sammu barbadaa jawwar sammun ittin hin bulu because your are cirethe 😂
Atii kaddamumaa dhuma kee jabeefaadhuu kan jaraaf hin dhiphatinii
Baqattan biyya bullchu hin danda'u ok massara kenya kessatti ormmi nunbullchu ok masara ijolle jimma 5gtti kan jiru masaran mililik hinjiru amma senanjijiramera kenya wuci wada wucii Dune dhabamma tana malle jawar nunbulchu wlhi Abichu lammaffa dr Abdusemed nufjira liqimsa namma matti ofiibullchu hin dandenyettu biyya bullcha abju garii siffi fakkatotta akkakettif hattauka 😂😂
Masha Allah nu jiraadhu bareedaa jimmaa
Nuu jiraadha kabajaamo Dr Abdusemad !❤
Ufffee mashaa Allah ol guddataa kenyaa rabbii bakkaa yaaddeen siihaa gahuu
❤❤baga nagan dhuftani nuf jiradha
Dr. Abdussemed Huseen onneen,kutannoon fi abdiin ati qabdu baay'ee kan namatti toluu dha....dabalataan ummata keenya gara political society tti guddisuu keessatti gahee guddaa kan qabu isin jedheen yaada.san irratti xiyyeeffannoo guddaan osoo kennamee gaariidha.....after all I appreciate your idea...Habtish atillee guddaa galatoomi.
www Masha Allah DR A gota Kenya 🥰🥰 jabadhu qaxale hafte galatomi ❤❤❤🎉🎉
Dr Abdusemed Adara oromuma Gumadhaf sagale nuf taa kesatu Toba saxama gatira sigimof Akka dandif umni ibsa nuf siratuti galatoma🙏
dr kenyaa Rabiin si'aaegu amalle qalli kenya Abichu lammaffa🎉🎉❤❤❤
Bayyen siin boona Obboleessa koo Qaali😊❤
Yoo siif Eeyyamame aftahamu
Ahmediin jabal
Nuuf affeerii
EnishaAllah Rabbini sifi hamilikesu kayyoo💞💞💞💞💞😍😍🥰🥰
Mashallatabarakallarabbijechasijalanna❤❤❤❤
Mashaa allh jabaadha atii dr Abdusamad❤
Masha Allah masha Allah ❤❤❤❤❤
Dr. Abdusamed, your leadership and dedication to making a difference are truly inspiring. Thank you for your tireless efforts in serving the community and advocating for positive change. Your work continues to impact many lives, and we deeply appreciate all that you do!"ilma A/jifar
Mashaa'Allaah rabbin ija hamtuu siraa haqabuu
Sabboona namaatti dhugaa atti Dr
Abdusemed Husen mashaa allaah ❤❤❤
daandii gesechaarraa gama kimmisoo pelese nuuf dubbadhu😢😢😢
Hayuu kenya Dr abdusamad jabadhaa biyaa kenyaa nuuf gudisa jedhanj ❤❤
Nuu jiraadha kabajaamo Dr Abdusemad !
مشالله تبارك الرحمن ❤
Jabbaa Nama Jabadhu❤❤
Nuujiraadhaaa laman keessanuu❤❤❤❤❤❤❤
Wooow really am proud of you!!
Abichun bu'ee jenan Angoon kan Uummataa shawaati💪💪Baraatoota 5000 olii ittii gabaree Angoon kun akka dhufuf. Karaas cufuu kan egalee qeerroo Ambooti. Ijooleen jimma yoo bulchiite nutii jibba hin qabnu. Garuu Abichun bu'ee jenan Shawaatu bulcha guraatii isiin calaaw😊
Mashaa Allaahaa mashaa Allaahaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sanyii motii dr jaba❤
Gootaa Aanaan guumaay biqilchite❤❤
❤❤❤Barnootaa Buusaa Gonofaa Oromia University
Lafa Ooluu Ogeeyyii Fayyaatuu =Argaa Multiple points
Nafa ooluu waraanatuu Eegumsa fageenya Biyyootaa tahaa Bokkuu Media kanaf Dr Abdul Samad Hussein anaa dhufuu Article
Itti aanaa abichu egaa turre abduseko jebaa namaa❤❤❤
Lubbu matti ns ta,ii❤
Dr Abdusamada kan yeroo lamaa nuuf Aferii please please ❤❤
good qaanqee show
Guddaa Galatoomaa Dr Abdussamad atillee baay,ee Galatoomii Habtee
Umurii nuf dheradhuu dr kenyaa ❤❤❤
Mashaallahaa Tabaraakalah
Salami molaxxaa saree biltsginaa😎
Kabajamoo kenyaa❤❤❤
Dr Abdusalaam daandii Aanaa saxxammaa fi Sigimoo hedduu rakkisaa jiraa maaf paarlaamaarratti hin dubbannee
Mashsllah ❤❤❤
Mashallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha'allah Dr.Abdusamad
Lubbu matti na ta,ii❤
@HadhaakalidiiManakiyaa-i4r tole
Masha allah tabarakallah rabbi sihaegu ijara hafi😍😍😍
❤❤❤❤❤maasha 🎉Allhaa
Ifaan ganda quudaa qunaacoo naannoo quudaa sheekotaa hin jirukaa dr maaloo
Dhuga doctor Abdussamad bayyen jalladha
Rabbiin ko si ha eguu ergan wan ati dubbate dhaga'e sif na yaddesaa😢😢😢😢😢 si ha eguu
Rabbii isaanii haa gudisu? Jabadhu Dr keenyaa?
King jabaa kenya nuf jiradhu hamtun sin argin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Jajabaadhu my brother
Masha Allah heddu namatti tola jajjabadhaa
Mee waa'ee daandii Aggaaroo fi Toobbaa gidduutti rarra'ee hafe sana ilaalakaa! Kun taajjabbii guddaa isinitti ta'aa jira. Namootni daandii sanaan hanga Naannoo Gambeellatti deemaa jirru yeroo hunda gaaffii nutti ta'aa jira
Dr kajamaa❤🎉e
Obboleessa koo Kabajamoo Dr Abdusemed Huseen gameessa namaa nama quuqama ummataa qabu, nama rakkoo ummataa furuuf yeroo hunda carraaquu fi hojjatu. Fakkeenya bakka buutota ummataa biyya keenyaati.
Lubbu mattii na ta,ii
Jabaa namaa🎉🎉🎉❤❤❤
Mashallaah ❤❤❤
Jabaa namaa jabaadhhu Atis biyyattii buchuun kee hin ooluu
Dr keenya 🎉🎉🎉🎉 P.M the next ❤❤❤
Dr Rabin sihaa gargaruu
Jabaa kenyaa jabadhu ❤❤❤❤❤🎉
Waan hundumaa dhiisitti waanti sirraa bareedu beeksisa TV kana qofa hojjedhu mee isaa qofatu sirraa bareeda!
Maalan si ilaala haabte dhugaa dubbata osoon jedhuu ija kiyya jawaarin dhufte jawaar jechuun anaaf ergamaa rabbi salalawaleyusallam qofatu isaa olii ❤❤❤malee jaween nama akkaan naati jabaati wallahi isa mataan dhukkuburra ana balaan natti bu'uu naaf wayya 💘☝
Eee balaan rabbii sittii habutu bakkaa atii jirtuutii
Gudiidhaboo mal hasoftaa dirqamma wan atii jalatuuf innis jalaachu qabaree 😂😂
@@KonjuKonju-ro2wukkkkkkk fiqrimo likiftti jedhama amma kun wayyo hojii kemmo
Dr isin nuuf kabajanaa
Saxaxa farra sigimof akka ibsa❤❤
Dr abdusemad qaalii namaa🎉
yes❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤mashallah
Ulfaadhu🙏
Well come ❤❤❤
Si jallaanna Abdusee keenya
Thenkiyu aftiyee
Dr kenyaa qalii 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Lubbu matti na ta,ii
Abdusamad haati kee haadha Keenya (ummiin)kana arguusheetiif baayeen gammada rabbi si wojjin haajiraatu
Wow wow ❤❤❤❤
Amma mafi ajjeessaa jira 😮
Nama jabaa 🎉🎉
Obolesako qaliiko iriyaa ganamaa❤
Dr abduse ko ulfadhu amala qabessa nama
Aboo kunii gandumaa qabaa hasayaa isaa kesaa jimmaa jimaaa jimii siihaa godhuu aboo😅😅😅😅
😂😂😂😂 isin osoo waanuma gandummaa gandummaa jedhaa dubbataa ooltanuu ofduubatti debi'aa jirtan
Rabbin obsaa siif hakeenuugaa kabajinif jalaalii mana gadii jalqabaa gifti
Obsigaa
inafttu
Tak❤❤❤❤❤
Dargaggeysa cimaa umrii rabbi nuuhaadheereysu
Habtish ati nama cimaadha
𝐍𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐫 𝐚𝐛𝐝𝐮𝐬𝐚𝐦𝐚𝐝𝐢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Anaa Dhufu
Jajabadhu
Mashallah Abdusalam Rabbiin umurii dheeraa siha jiraachisu Jabaadhu gootakoo ❤❤❤❤❤❤Inshallah Abichuu booda situ fudhata inshallah Jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤Rabbiin yaadaaf muraadakee galmaan sif hagahuu
wow ❤
Maloo aderoo shantam shubisaa nuuf fidii
Bulchaa oromiyaa Tahuu qabaa Namaa dhuugatii
galatomi sanyii rabbin dhugaa oromoo nuf haabaasu
Gaaffii sirriidha gafatee jirtaa