Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Waawo baga nagaan dhufte hanga dhumaati si wajjin jirra Dhuguma nama inaafaa qabdu yoo taate Afaan Oromoon yoomiyyuu in dursina
Dhugaa waaqayyo sii haa eebbisu yeroo heddu wantonni akkasii afaan oromotiin hin jirani. Jabaadhu itti fufi afaan kanaan ni dursita.Afaan amariffan si hordofaan turee ammammo asiin dhuftte galatoomi jabaadhu.🎉🎉🎉
Galatoomii walduukaa jirra
Yoon sirritti si hordofe nan jijjiirama jedheen yaada. 🥰
Jabadhu ilmaa oromo ❤❤❤❤
Galatoomii
Hamma yoonaatti nama waa'ee trading afaan oromootiin nu barsiisu dhabne dhugaa rabbii baga nagaan dhufte sanyii 😊😊😊
Abshir itti muddina 🎉
Hedduu galatoomi Dhugaa our brave
Veri god
Jabba dhu goota koo
Jabadhu jabaa keenyaa
Baga Nagaan nuf dhufte ani yeroo bay'ee sii hordoofan ture garuu yoom youtube dhufta jedhen sii egaa ture amma gammadeera
hamileedhan sii hordofaa jirraa nuuf jabaadhuu jabaa keenyaa
Galatoomaa
Thank you
woW namaa gargarun akka kettii dha galatomii obeleysoo😊😊
Galatoomi. Haaluma kanaan akka itti fufu abdiidhaan si eegna❤🎉
Abshir
Guddaa galatomii ❤❤❤
Nuuf jabaadhu! Waliin afaan keenya guddisaa business ha hojjennu!
Hayyee Galatoomii
Nuuf jabaadhaa ❤
Si fanaa Jira qaali nama 💪💪
Yoo comatii kana agartte Ijaalle baadiyya kana jja jabeessu hin dagatin
Guddaa Galatomii 🙏 si Egnaa
C faana jirraa jabaadhu
Galatomii nifee ❤❤❤❤❤ bagaa asinis nuf dhuftee
Galatoomi🔑
Video akkataa PayPal yero jalqaba bantu deposit itti godhan yokaan olla ina irra gara PayPal dabarsan afaan oromoo tiin akka nuu gadhiiftuun sigafadha
Wow Obbolessa qaalii
Galatoomi
PayPal links bank links card kan verifiey hin tahin saniitu deposit godhuf nudharara jira
Baga nagaan nuu dhuufte sii eega turre
Nama Kutataa! Jabaadhu!
Nama akka kiyya kan baadiyya jiruf deposit godhuf warri PayPal qabu nutti hin dhiyaatu
Galatoomii guyya jalqabaa lencaa kenyaa nu jabadhuu nu jabessii
Jabaadhuu ittii nuu fufi
Biro koo jabadhuu nuuf itti fufii
Hayyee
Thank you well come!
Thank you too!
Nuuf jabaadhu qaali namaa
Cimaa nama Hamilee guddaan si faana bu'een si hordofaa jiraa. Jabadhuu🎉
Thanks for helpping us....
It's my pleasure
Girmish Galatoomi🙏🙏🙏🙏 Google document naaf banuu didee kan vpn
Itti fufii garidha
Qaalii Keenyaa
Jabaadhu qomookooo!!!, Baay'ee sijasllanna
Galatoomi bro
Thanks bro❤
Jabaadhu nutis si hordofaa jirraa
Oduu bichaadhaayiii eessaree
Eegaa jedheeram Waan qopheessu qabdan immo siniitti himeera maaf jarjartuu?
Kompiwuuteran malee bilbila harkaan hojjechuun hin dandaa'amu moo Qaali?
Eyyeen garuu computer osoo qabattani gaariidha
Welcome Boss❤
Nutti sabnii oromoo duubatii hafnee jiraa....hojii online kana irrattiii
Walduukaa hojjennaa
Galatoomi, qaalii namaa
Nu jabadhu
Guddaa galatoomi jechaa payment method Mastercard Karaa bybit banadheen qaba ni Tajaajila inni?
Siif hojjechuu danda’a garuu platform hundii siif hojjechuu dhaba
Karaa platformi hunda nan hordofaaan🙏
Galata qabda hordofuu qofaa osoo hin taanee hojiitti jijjiruu qabdas
Cimaa keenya adaraa waaqaa gaditti siinan abdadha!!galatoomi!!
Hayyee Waan ofii
Wow wow wow bro koo
Galatamii
Let’s go
Jabadhu ilmaa oromo thanku
Kanaan dura illee si hordofaa ture Amma gara hojiitti haa galu!
Yeroo dhihootti
❤🎉
Bilbilaan hojachuu dandenyaa
Pc osoo qabattee gaariidha
Galtomi sii egana bro
Hayyeee
Tegelbet be amargna ataweram enda
Link'n Google doc kee hin hojjetu ilaalimee
Tolee nan ilaala Google account siinif no hojjeta jedheen abdadha
wantii nuyii hojjechuuf demnuu maal akkka ta,ee ifaa naaf hin taanee otoo nuuf ibsiite?
Waan qopheessa isiinin jedhee qopheessa Jalqaba
@@Nife777AfaanOromoo tolee
Dafikaa
Hara’a galagala
google docs ati gadhifte naaf hojecah hin juru
Email yoo qabaatte siif hojjeta
Skill malee hojachuu ni dandenyaaa bro???
Hordofii sirnaan na Duukaa
Garridha hojii naaf barbade mee
Jaabadhu
Subcribe Godheen si eege Dear👍
Yoom eegalla?
Post godha Yeroo Dhihootti na eegaa
Yoo computer hin qabanne hin danda'uu hojjeechu maloo
Osoo qabaattee gaariidha
@Nife777AfaanOromoo galatoomi ati deebiikeef dhugaa garuu computer hin qabu
477 subscraber😊😊
100k Yeroo dhiihootti 🤩
Please in Amharic we don't listen oromigna🙏🙏🙏
I did in Amharic too go check out dear
Waawo baga nagaan dhufte hanga dhumaati si wajjin jirra
Dhuguma nama inaafaa qabdu yoo taate
Afaan Oromoon yoomiyyuu in dursina
Dhugaa waaqayyo sii haa eebbisu yeroo heddu wantonni akkasii afaan oromotiin hin jirani. Jabaadhu itti fufi afaan kanaan ni dursita.
Afaan amariffan si hordofaan turee ammammo asiin dhuftte galatoomi jabaadhu.🎉🎉🎉