Nife777 Afaan Oromoo
Nife777 Afaan Oromoo
  • Видео 2
  • Просмотров 5 305
November 17/2024 (0$-10$) "Challenge" Kutaa isa lammaffaa
Viidiyoon Kun Hojii online Biyya kam keessayyu teessanii Hojjettan , akkataa itti hojjechuu dandeessan Dukaa isiinif qophaa'eera Hordofaa
Google doc
Link anii isiinif kahuu Koopii godhaati Google irrati banaa Document afaan Oromoodhaan Qophaa'e ni araggattu!
- docs.google.com/document/d/1fKpbscudgk5FjagYvdBD6SNX0CflLG50roZRgRs6Dbc/edit?usp=sharing
Official Telegram channel; t.me/+FP6ZrV0toFRiMzI0
Instagram; girmategeneerkoprofilecard/?igsh=MTA4cDQyZm1sdzZzMQ==
Facebook; share/44txYoaPpG5CCGEq/?mibextid=LQQJ4d
Просмотров: 3 087

Видео

Monday November 11 -challenge Jalqabaa (0-10$)AFAAN OROMOODHAAN
Просмотров 2,3 тыс.День назад
Viidiiyoon Kunoo "challenge" isa jalqabaatii sirnaan na hordofaa chaanaalii keenya immo "Subscribe" Gochuun maatii ta'aa VPN tola fi kaffaltiidhaan akkasumas haala kaffaltii itti fudhachuu dandeessan argachuuf; docs.google.com/document/d/12IPMYvZYMythgpDpbphXEsf7hAWwH-LLQpi7MaeNvKw/edit?tab=t.0. Teeleegiraami keenya; Inistaagiraamii; girmategeneerkoprofilecard/?igsh=MTA4cDQyZm1sd...

Комментарии

  • @DjWondimu
    @DjWondimu День назад

    Pls gidduutti yeroo yoo qabaatteef akkaataa paypay verify ta'e ethiopia keessatti itti baratan nuuf hijjedhuu

  • @DjWondimu
    @DjWondimu День назад

    C faana jirraa jabaadhu

  • @AnobsetMohammed
    @AnobsetMohammed День назад

    Pls i need ur help im currently studying at HU health collage ena my parents need helpl ena if u are seeings my comments pls replay and help

  • @KB-d8u
    @KB-d8u День назад

    ere be amarigna

  • @FiroLema
    @FiroLema День назад

    Achiiratii inii jatuu isatii dhaa

  • @OrthodoxMy
    @OrthodoxMy 2 дня назад

    maaloo forex nu barsiisi afaan kanaan.

  • @LemesaTulu-h3f
    @LemesaTulu-h3f 2 дня назад

    OK computer dirqamaa?mobile dhimma birof hin fayyadamnee osoon itti fayyadamee hin danda'uu sana boode ilalee computer ittin fayyadama

  • @meronaklilu6273
    @meronaklilu6273 2 дня назад

    በፁሁፍ ማስረዳት ትችላለህ በአማርኛ

  • @football23-q2p
    @football23-q2p 2 дня назад

    jabaadhu nuus sii hordofaa jirra

  • @waliifentertainment303
    @waliifentertainment303 2 дня назад

    Wow barumsaan baay;ee hawwun argadhe dhugaa yeroo ati afaan amaraan barsiiftuu baay'ee si hawwaan ture osoo afaan oromoodhaanillee barsiisee kan jedhuu hundaafuu baga nuu dhufte

  • @E-Youtubers
    @E-Youtubers 2 дня назад

    Wal jajjabeessuun gaaridha

  • @kenenisadekeba901
    @kenenisadekeba901 3 дня назад

    Ani dhugaa dubbaachuuf namni afaan oromootti ijollee kenyaa barsiisu hin jiruun.ati nama jalqabtti. Nuu jabaadhu nus ni jabannaa sirraa hin. Hafnuu

  • @kenenisadekeba901
    @kenenisadekeba901 3 дня назад

    Baga nagaan nuu dhuufte sii eega turre

  • @Creativity123Ah
    @Creativity123Ah 3 дня назад

    Dhugaa dubbachuuf namni hedduun online kana irratti hojii hojjatu ijoollee oromooti, garuu viidiyoo afaan keenyaan hin dalaganii sababni isaas namni laaluuf baayyee mitii...dhugaas qaban jedheen yaada...... Garuu ati kana cabsitee akka baatu ani shakkiin hin qabuu🙏🙏🙏

  • @biiftuufayyaatv8134
    @biiftuufayyaatv8134 3 дня назад

    Utest irratti naa gargarrii mee

  • @biiftuufayyaatv8134
    @biiftuufayyaatv8134 3 дня назад

    Ebbifami Garu utest bayyee yallee ture naa didee

  • @YabsiraAl
    @YabsiraAl 3 дня назад

    Bro hoji kanaa hojechuuf dhirqama compteri barbada moo silkidhan illee hojechuun ni danda'ama

  • @HamelmalWorkie
    @HamelmalWorkie 3 дня назад

    User interview koo verification code resend naa godhu didee

  • @HamelmalWorkie
    @HamelmalWorkie 3 дня назад

    Utest profile koo 97% irra derbu dide.maal haa godhu?

  • @fenetgetachew-k7b
    @fenetgetachew-k7b 3 дня назад

    Jabadhuu

  • @hailuolana4042
    @hailuolana4042 4 дня назад

    Baga Nagaan nuf dhufte ani yeroo bay'ee sii hordoofan ture garuu yoom youtube dhufta jedhen sii egaa ture amma gammadeera

  • @hailuolana4042
    @hailuolana4042 4 дня назад

    Guddaa gaalatoomi jechun barbada dura itti ansuudhan ergaa akkasin gara keenya dhufte nuyi illee xiyyeefannoo sii hordofne bu'a qabeyyee ta'uf dhama'u qabna atillee Muuxannoo fi beekumsaa hundaa akka nuuf qooddu abdi qabna yoos siif dandaa'ame VIP illee nuuf qoopheesitte akkaa nuu bira dhaabattu kaabaja fi jaalala guddaan sii gaafadha isaa itti aanuuf abdi sii egaa jirra.

  • @MishoTade
    @MishoTade 4 дня назад

    Aligabanimi.isiti.asiradani

  • @YonasDebelo-qn7km
    @YonasDebelo-qn7km 4 дня назад

    maaloo iddo payment method setup sanitti->paypal email koo galche jennaan na dideem .

  • @YonasDebelo-qn7km
    @YonasDebelo-qn7km 4 дня назад

    JABAADHU AMALLE SIFAANA JIRRA but please pick me.🥰 i am so interested to start online business with you.

  • @Dawitgabre-x1h
    @Dawitgabre-x1h 4 дня назад

    Keepon🎉pro

  • @Teddy8681-f8c
    @Teddy8681-f8c 4 дня назад

    🙏

  • @SolomonTesfaye-p9q
    @SolomonTesfaye-p9q 4 дня назад

    Wow bayyee namatti tola jabadhu.

  • @ShamsuMohammed-j7p
    @ShamsuMohammed-j7p 4 дня назад

    Thanks bro🎉, you are truth

  • @Halalshow
    @Halalshow 4 дня назад

    Jabadhuu bro siwalin jirrraa yeroo hundaa jabadhuu ❤❤❤

  • @Anee_tube
    @Anee_tube 4 дня назад

    Mee oromoo like 🇪🇹🎉👸 goadhaa

  • @abdulkarimtamaam7307
    @abdulkarimtamaam7307 5 дней назад

    Woow waan addaa nu barsiisaa jirtaa hedduu galatoomi ❤❤❤

  • @abdulkarimtamaam7307
    @abdulkarimtamaam7307 5 дней назад

    Hedduu galatoomi Dhugaa our brave

  • @michuutube868
    @michuutube868 5 дней назад

    waan qabu kan arjoome donqna hin jedhamuu jabadhu.

  • @AsliOromo
    @AsliOromo 5 дней назад

    bro kiyya bayyen si dinqisiifadha jabaadhu

  • @living9
    @living9 5 дней назад

    galatoomi

  • @oroediter5495
    @oroediter5495 5 дней назад

    Yeroo baay'ee siin hordofaa garuu hojii ati keessuu hojjeechuf pc 🖥 barbaachisaa ani immoo pc hin qabu Android phone malee so

  • @marsigurmu4526
    @marsigurmu4526 5 дней назад

    Nan abdadha hanga dhumatti hordofee akkaaan milkaa'u! Nifee 777 waliin Yeroo baayyee Hojii online Nan yaala garuu hin milkoofne....hojiin Amma keessa jiru bayyee na yaaddessa jira qaxaramanii hojjechuun ulfaataa dha.ofii milkaa'ee Nama biraaf akkaan ta'u NIFE 777 PLEASE NUU JABWADHU...NU GARGAARI

  • @FiragosJemal
    @FiragosJemal 5 дней назад

    This video is for me❤

  • @discoveryoftop10
    @discoveryoftop10 5 дней назад

    Yeroo baay'ee namoonni muuxannoo isaani na hiruuf qarshii gaafatu. Ati garuu, Afaan oromootin isayyu tola nuuf kennuu keetif galatomi.

  • @lovmom
    @lovmom 5 дней назад

    good work keep going bro

  • @Ebbas662
    @Ebbas662 5 дней назад

    Dhugaa dubbachuuf Afaan kenyaan nuu dhufu keetif 🙏🏻 jabadhuu waalin hojii gudda akka hojennu Abdin Qabaa

  • @Zabilife2127
    @Zabilife2127 5 дней назад

    Galatomi bro❤🎉

  • @Milk-esa
    @Milk-esa 5 дней назад

    Guddaa Galatomii. jabaadhu itti fufii

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    Jabba dhu goota koo

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    Yoo comatii kana agartte Ijaalle baadiyya kana jja jabeessu hin dagatin

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    PayPal links bank links card kan verifiey hin tahin saniitu deposit godhuf nudharara jira

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    Nama akka kiyya kan baadiyya jiruf deposit godhuf warri PayPal qabu nutti hin dhiyaatu

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    Video akkataa PayPal yero jalqaba bantu deposit itti godhan yokaan olla ina irra gara PayPal dabarsan afaan oromoo tiin akka nuu gadhiiftuun sigafadha

  • @nuraddinabdurahim
    @nuraddinabdurahim 5 дней назад

    Veri god