obsee dubrumaa yoom iraa fudhate🤣🤣,gafii isiin nuu gafataniif debii.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 607

  • @freejaweeko9216
    @freejaweeko9216 4 года назад +50

    Insha Allah obsen ni Islamoftii Yaa Rabbii bizinilahii☝

  • @fousiyauae1888
    @fousiyauae1888 4 года назад +14

    Dhugaa kettii hojii heduu hojachaa jirtaa garuu akkaa hojii issatin hamilee kenamaa fi hin jiruu
    oromoo koo gudaa kenyaa jabesuu fi xiqqaa kenyaa gudisuu haa jajabanuu ❤❤💚💚❤❤💪

  • @hayatyeemamenafqiihawwiink4743
    @hayatyeemamenafqiihawwiink4743 4 года назад +7

    Mashaa Allah redii &obsee hedduu isn' jaaladhaa akanumatti itti fufaa garu redii Amana Amanta kee jabefaadhu adunyaa gababaduu obse dadafii gara amanta islamat nufi fidii. ....rabbiin karaa haqati isn haa sabachisuu

  • @kalsumabati8957
    @kalsumabati8957 4 года назад +38

    Jabadha ridii nutti isiin fana jira like fi comments jabadha

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 4 года назад +4

    Ridii kenaa itti fufii siin jedhaa bayyee galtoomii sanyii isiin jalaadha qaliwwan ijoollee oromo 👌🎧🎧🎧👏👏💪💪💪👂👂❤❤❤❤❤❤ qaree sanii nuu jabesii qacalee qaree oromo❤❤

  • @ashettatabaaiyyroobiyyo3889
    @ashettatabaaiyyroobiyyo3889 4 года назад +11

    Baayy'ee namatii tola Garuu Riidii Obeen yoo muslimaa hin tahiin Muslimaa taasisii fuudhii baayy'ee bareedii garuu🥰🥰🥰Uffana isiile yeroo hundaa akkaanti akka ufatu🥰🥰🥰Galtoomaa 🥰🥰Garuu Jaalalee wan jedhu kana dhiisaa Seeraan Akka islaamaatti wal fuudha waliin jiraadha Sunnaa Nabii Muhammed Irri wal fuudha Waggaa 4guutu Osoo Nikaha wal hin godhatiin wajiin jiraatan moo🙄🙄Dhiifaama yoo isiniti baleese 🙏😁

  • @iamoromofarstfaayyee6285
    @iamoromofarstfaayyee6285 4 года назад +20

    Wwowowwo Obse. Har'dhaa Sirraa bareddaa❤💚❤Qashtii

  • @sabkeebarrmichuarsilixa3103
    @sabkeebarrmichuarsilixa3103 4 года назад +3

    Maasha,alla rede &obsse heddu isin jaaladh woliif isin haa dhiisu garu obsseen akka Muslim taatu abddiin qabnna in shaa,allh💋💋💕💕💕💕😘😍 hora bula

  • @rahamabaalee1901
    @rahamabaalee1901 4 года назад +4

    Rediyee akkaas lalii sharihaa ittii ufiis kotuu bayyee isiin jalaadha
    Hintalii tee tuniis rabbiin taa sharihaa rasulaa saw hordoftuu rabbiin haa tasisuu ee

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 4 года назад +9

    Anii gafii hin qabuu gafiin hundinuu isiin gafatameera wanii ta'ef horaa bulaa nuu jalaa hin dogongoriin wolii hin jibinaa ridiiyee kena nuu fudhii hin barreeddi obsen itti fifaa isiin jalaadha❤❤❤❤❤❤

  • @umittii
    @umittii 4 года назад +7

    Obsicho And Ridicho naf jiradhaa isiin jaladhaa 🥰🥰✌️

  • @bsjsk4509
    @bsjsk4509 4 года назад +6

    Obsiiyyee bareedduu koo rabbiin islaamummaa si haa badhaasu
    Islaamummaa rabbiin Abbaa fedhe badhaasa
    Hidaayaa siif haa kennu

    • @asuu1816
      @asuu1816 4 года назад

      Amiiiiin said rabbi haa godhuu

    • @koritoleasa406
      @koritoleasa406 4 года назад

      ❤💚❤👍👍👍🤣🤣🤣

  • @hamziyageme7377
    @hamziyageme7377 4 года назад +2

    Wwww obse hardha mo mashaa allha neshe plse yero hundaa akkanatii ufadhu ijabani siira bareda like 😍😍😍😍😍💋💋

  • @ايمانعبدالسلام-ن3ش
    @ايمانعبدالسلام-ن3ش 4 года назад

    Ijoolee qaqqaalii saboontota Heddu nama toltani Obse qashtii bayye bayye baredda uffannan keti Rabbiiin Karaa Amantiii Islaamaa yaroo gabaaabdu keysatti sihaafidu jabadhaa

  • @faxumaitalaislam2873
    @faxumaitalaislam2873 4 года назад +6

    Redi qalii nama Amataa kee irati jabadhu isinle Amataa haqati wami Obasee koo ati heduu nama garidha rabbi Kara haqaa islamuma irati sii haa debisu Adunyaa tanarati Haqaa gabaramn rabbi qofaa Amataa haqalee islamuma qofaa wly❤

  • @adaneshgabre8354
    @adaneshgabre8354 4 года назад +2

    Isniin jaaladha ijoollee oromoo nuuf jiraadhaa isin lachuu 💔💔💔💔💔😥❤️❤️😘😘😘😘

  • @foziyaorommo3478
    @foziyaorommo3478 4 года назад +5

    MashaaAallah baay,ee dasii jetuu baga orommo tataan ❤🌳❤💞💞💞

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 4 года назад

    Bagaa namaa toltuu ani yeroo hundaa isin hordofaa jabadhaa amalee akkaa kanaa calaa hojataan abdiin qabaa obse raabbii garaa musulimaa nagaayaan sii haa fiduu inaashaa allaah redi gafaa takkatii firo fidii mee jabadhaa raabbii waalin isin haa turusisuu urmii dheraa inaashaa allaah ❤❤

  • @geexoonigaatubest8457
    @geexoonigaatubest8457 3 года назад +1

    Obse mucaa biyya ko sirraa baredaa naaf jiraadhuu isiini jalaadha wal bira bayee bareduu Ridii &obse ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚

  • @kumeesanbotuamboo4963
    @kumeesanbotuamboo4963 4 года назад +8

    Insha allah Kottu kara Musiliimaa bareeduu ko❤❤❤

  • @theonlythe5249
    @theonlythe5249 4 года назад +1

    Rabbin isin haa gayuu wollahi bakka kanati bayye dasii na jete gara ketii defadhu isalamuma sii

  • @zabibamuhmad7091
    @zabibamuhmad7091 3 года назад

    Mashaalla mashaalla akatan Wal baranota kesani bayee namati tola isiniti haa toluu 😍😍😍😍😍😍

  • @iftuulove2904
    @iftuulove2904 4 года назад +1

    Obseee Naqamtee dhamoo atii bareduu biyyaakoo♥️💚♥️💚♥️💚❤♥️❤♥️❤♥️❤😘😘😘

  • @zamzamzamzam3009
    @zamzamzamzam3009 4 года назад +3

    Hiriyaa ke.e sani fide mee redii kaa abbaa duulaa gamadaa kaa akesuu sani wali tayati isni sadinu dirama wajinii hojadhaa baya.ee namati toltuu jabadhaa obsee and redii walii fudhaa waliraa bardeedu ❤💯❤💯🤩🤩🤩🤩❤😍😍😍😍

  • @nouraasaa627
    @nouraasaa627 4 года назад +2

    Bagaa nagaan dhuftanii sanyii oromoo issn jalaadhaa 🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @hananadem1530
    @hananadem1530 4 года назад +1

    Mashallah obsef riidii babbaareedduuwwaan ijoollee oromoo walirraa bareedduu umrii dheertuu isiinii hawwaa 🥰

    • @seadaseyfu2849
      @seadaseyfu2849 4 года назад

      Hanan konjo subscribe nagodhi please

  • @hayatahmed6668
    @hayatahmed6668 4 года назад +5

    jabadha ilmaan kiyyaa heduun isiin jaladha ❤❤❤🌳❤

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 4 года назад

    Jarymen mangala kamii jirtuu anilee achii jiraa Diirammaa isiin waajiin hojedhaa baayye isiini jaaladhaa jaaladhaa 💖💖💖💖💖💖👈

  • @waannuhintaanedinnee8493
    @waannuhintaanedinnee8493 2 года назад

    Waan addaatti waani isinii hojjatanii martinuu baayee nama tola jabaadha wayita waa isinii jedhulee kamaa ofitti waan jedhaa Akka natti hin laalanee dhifama haa

  • @ormotube919
    @ormotube919 4 года назад +1

    Wowwww Mashaalaa bayee namatii tolaa jabadhaa itii fufaa bayee isin jaladhaa

  • @abdiimantube7251
    @abdiimantube7251 3 года назад +1

    Redii kiyaa bayeen sijalaadhaa garuu efibi kee nafimii misixiranii

  • @burteetube3415
    @burteetube3415 4 года назад +3

    Nuf jiradhaa baay'een siin jaladhaa 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @Milkiiu
    @Milkiiu 2 года назад

    Maashallaa maashallaa taabarakala jaasaa kummulaa wooo keeranii maashallaa rabbii umuri issni haha dherreessuu maashallaa obsee and riddii

  • @halfuutube9626
    @halfuutube9626 4 года назад +1

    Maasha Allaah Maasha Allaah
    Bilbila 2 qaba lamaniinu subscribers isiini godhe
    Waliif isiin haa dhiisu
    Obsan lafee ufii yeroo shaarbi ufattu sirra bareeda ijarra hafii❤❤❤❤💘💘💘💘

  • @samisami8490
    @samisami8490 4 года назад +4

    Wow bayye bareddan obsii hijaabni bayye sirra bareeda
    Chomina surprise lima tension nu goote
    Ticamu masla’ii dhogufii Insha allah rabbii wan gaarii ni ya dhagessisu

  • @sabontusanyijawarmuhamad3324
    @sabontusanyijawarmuhamad3324 4 года назад +7

    Amanata isheen jijiraachu qabdi redii 🥰👌

  • @alqhsbsuhdd8184
    @alqhsbsuhdd8184 4 года назад +3

    Nufii jiradhaa heduu tokko namati tolaa jabadhaa iti fufaa bayee namti toltuu mee guyyaa tokko prank walii godhaa hadara waqayyoo 😍😍😍😎😎🙏🙏🙏🙏❤❤🙏

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 4 года назад +1

      Maatii naf ta,i sanyii koo video ko dawadhu natti makami

    • @alqhsbsuhdd8184
      @alqhsbsuhdd8184 4 года назад +1

      @@alamitube1894 matii sifi te'ee jiraa hadhoo koo jabadhuu

  • @misraoro1001
    @misraoro1001 4 года назад +3

    Yaa rabbiii akkamiti natii tolee gaafin dhumaa suun yaa rabbi osoon danana.amee wallahi yeroo dhibbaa isinif sabiskiraabi goodhaa wallahi 😘😘😘me namani akka anaa jalaatani laiyik godhaa insha allaha inis eganaa ani gamaa giyyaa hedduu gammachuudhaan isini eegaa sarapiraayiz keessani maaraafu mee dadaafaa

  • @kenenilemma5418
    @kenenilemma5418 3 года назад

    Ridii ilmaa Bale robe nannoo kenyaa turtee total amaa jermaan jirta jabadhuu sanyii ofii

  • @misraoro1001
    @misraoro1001 4 года назад +1

    Kkkkk een kofolee dhugaamanu gaafi jaalaalaa enyutu dhiheesseefi kanaarrati 😘💪😃😃

  • @calitutube9524
    @calitutube9524 4 года назад

    Wwwwwooo Baayee Gaaridhaa Gaalatomaa Sanyi Wani koo Jaabadha Dhugaa Waaqqaa Gaarruu Ani Akka koti Obose Baayee Nama gaaridha gaaruu Amaniti Kee in jirani wanani isani jaalali Nama Amma jiritutu Kani Waaqqaayoo gaaruu Gafa Addunyaa Kani Dhisite Ni jirtaa Dhugaa Waaqqaayoo umuri dhera Sini fi Yaa kenu ? Waaqqaayoo laaphee ubana Sifi yaakenu

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 4 года назад +1

    Maashaa Allah tabaarakallah
    Waa'ee Amantiirratti ardhan dhageeffadhe dhumasaa
    Rabbi isin haa gargaaru jabaadhaa tokkotti goruun gaariidha❤🙏

  • @siifaashashee686
    @siifaashashee686 3 года назад

    Mashallahaa rabbii Umrii dhertuu isin haa kenuu

  • @ethiotube9841
    @ethiotube9841 4 года назад +4

    Ridii obse irra yeroo dhiyoti ilma bareda wahi sira dhega
    Obsisha mashalah shashin sirra bareda qashti obolesa kiyaa long live with ridii god bless u and ridii issin jaladha gltm 🙏❤️

  • @zubeydaabdalla9103
    @zubeydaabdalla9103 4 года назад +3

    Masha Allah arraa akkam namatii toltan Yoo islamaa tatan yeroo maraa ufachutuu sirraa yirataa obsee

  • @sabbontuuoromo644
    @sabbontuuoromo644 4 года назад +6

    Obseen akka. Islamaa. Tatee.siwaliin.bultii.ijarrattuu..abdiin.isiin.eynaa.walfudhaa.walirrabaredduu😘

  • @zamzamzamzam3009
    @zamzamzamzam3009 4 года назад +2

    Wwwwoo baya.ee namati toltuu jabadhaa 🤩🤩🤩🤩🤩❤🤩🤩🤩🤩❤

  • @fatmajamal6303
    @fatmajamal6303 4 года назад +2

    Wayyoo obsen mucaa biyya koti naqamte 🥰🥰🥰🥰

  • @saratube1623
    @saratube1623 4 года назад +1

    Akam waliraa baredanii akatan isin jaladhuu naf jiradhaa babareduwan koo 😘😍

  • @arsiinageletube4787
    @arsiinageletube4787 4 года назад +26

    RUclips ijoolee kana maaf gudachuu didee oromoo maal hojata bayatan asii yoo dhuftaan

    • @linaabdala5429
      @linaabdala5429 4 года назад

      isaanitu hedu itii dalagaa hin jiire natii fakaata. Ture jira dhugaa

    • @siideeorotube1813
      @siideeorotube1813 4 года назад

      Hordoftoonni #RIDII_MAN_KUSH Hundiinuu subscribe naaf godhaa Oromoo koo hadaraa keessaan

    • @seadaseyfu2849
      @seadaseyfu2849 4 года назад

      Subscribe nagodha wa ofi adara

  • @hkhk6092
    @hkhk6092 3 года назад

    Www Baalee Robee ijoole biyaa ko nuf jiradhaaa

  • @sifansifan6753
    @sifansifan6753 4 года назад +1

    Mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa alhaa woli iraa bareedani redi fi obse ❤️❤️💔💔

  • @genetihayiluu3810
    @genetihayiluu3810 4 года назад

    Bayyee namatii toltuu sabototaa oromo jajabaa bayyee sii jaladhaa❤💚❤🎈🎈🎈

  • @gaaddiseehindaaluu5594
    @gaaddiseehindaaluu5594 4 года назад +1

    Obseen Wallaggaa tahuu isheen bareera dubbannaa ykn yeroo asooftuu jechuudha

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 4 года назад +3

    Mashaa allah masha allah masha allah masha allah isiin enaaa ❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @megdesmegdes9938
    @megdesmegdes9938 4 года назад +2

    Jabadhaa ijoolee tenyaa 😍😍😍😍🌹🌹🌹💯💯💯💯💯

  • @ummitiyya5061
    @ummitiyya5061 3 года назад

    Osee Qalii Bayee Natii Toltaa Garuu Rifensaa Bana Hin Deminii Yeroo Rifensaa Kee Sataratuu Hedduu Maredaa Kanafii Sataradhuu Qalii Tiyyaa

  • @ganetbaqallaa8514
    @ganetbaqallaa8514 4 года назад +2

    Bareeduwan koo wajin horaa bulaa ❤❤❤💃🕺

  • @ifaaamiin4588
    @ifaaamiin4588 4 года назад +2

    Woow obsee uffannaan irraa bareedee jira akkanumaan itti fufi

  • @misraoro1001
    @misraoro1001 4 года назад +4

    Akka isiin jaaladhu bayyeeee baayeee baaayeeeee ...... Muudiin keessanis heddu naati tolaa

  • @yeshilovejesus5884
    @yeshilovejesus5884 4 года назад

    Kkkkkk dhugaa bayee namati toltu Redii &obse jabadha

  • @martadebelaa930
    @martadebelaa930 4 года назад

    Warii gafii durbumaa gafatani maltuu isin dhibee kuni kana dhufaa isaniti malii kani biyyaa miti ijolee bayee gafii akkasii gafatuu malif garuu

  • @kamillaaabdallaa888
    @kamillaaabdallaa888 4 года назад

    Rabbii amattaa dhugaa sii haa debisssuu wallayyiih obasee mullassimmaa tanee ittii arree dhifammaa Rabbii wallii sii haa bullachuu

  • @ayubhasen7675
    @ayubhasen7675 4 года назад

    Ridisha kenyaa Jabadhaa issin fana jira👍

  • @anasabdi485
    @anasabdi485 4 года назад

    Jabadhaa isin biraa jirra garuu rid Yeroo orommifaa hasoftuu amarifaa itii hin bakin.

  • @hayath751
    @hayath751 4 года назад +2

    Jabadhaa namatii tolatuu osenii hijabaa irra baredii mashalaa

  • @walloobaatteeff9124
    @walloobaatteeff9124 4 года назад

    Redishaa insha allah obseen akka islamtee akka waaliti damarramtaan abdiinin issin egaa 🌹🌹🌹

  • @leyilaaaliyyii4124
    @leyilaaaliyyii4124 4 года назад

    Rabiin karaa isati isiin haa qajelchuu obseen itti ufisii akanaa baredii namaa itti dalaguu isiin haa tasisuu akkaa kashalabee hin ta'ainaa dubaa kesani yadadhaa hardhii boruu ta'uu du'atuu jiraa barkallaahu fikuum
    Obolumaa wali irraa qabnaa
    Amati kee iraa fagatee jiraa yaa rede kenyaa me ofi ilalii dhamsaa koti

  • @Amina-ni4sv
    @Amina-ni4sv 4 года назад

    Obsee mashaallaa siraa baardaa muslimaa tatee moo raabbiiin kaaraa dhuuga sii haafduu habibtii ❤

  • @nabeee1809
    @nabeee1809 3 года назад

    bayye isin jaladha qashti intala wolagga kotu gara musilima ya hubbi 💝💝💝💝💝💝💝💚💚💚💚☝

  • @shamsiyaaorotube6240
    @shamsiyaaorotube6240 4 года назад +1

    Wow dhugaa Anii silaa gafii Adaa isin gafadhaa turee hin Agaree malee garuu I Love you isin Lamanuu😘

  • @abeyahmed4513
    @abeyahmed4513 4 года назад +1

    Bravo redi €€ obse converted to muslim ?? Itti jabadhu muslima nuuf debisi insha allah

  • @martagetachew4644
    @martagetachew4644 4 года назад +3

    Jabadhaa wan offii bayee siin jalanaa ❤❤

  • @nafisaawallagaa7650
    @nafisaawallagaa7650 4 года назад

    Obsee koo islamumaa qabachuu demtaa se'aa jabbadhuu bareduukoo💋💋💋

  • @bilissummaaoromia3311
    @bilissummaaoromia3311 4 года назад +2

    Rediikoof obsee akkam naaf jirtuu babarreeddaan koo

  • @firiottolcha1099
    @firiottolcha1099 4 года назад +1

    Maatii kessan ta'era jabadhaa qommowan koo 👍 👍 👍

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад

    Dhugaa Bayyeen Natii toltaan Nufii jiradhaa

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад +1

    Wow obseeko mucaa biyyakooti bareedduuko babbareeddotatu waliti dhufe

  • @maruuking8648
    @maruuking8648 4 года назад

    Wawawwaa good ormoo koo Jàabadhàa itifufaa jabadhaa ❤❤❤❤sinifiii ormoo koo ❤ 💚 ❤ 👍 👍 👍 👍 👍

  • @abeyahmed4513
    @abeyahmed4513 4 года назад

    Obsen wallaga= naqamte shawa ambo= our legend ever die acalu so sirefadhu biyyi acalu wallaga mitti . Acen lma shawa yo tau kan dhalate amboti in 1986. We love you guys . I was born in baale roobe around doosa .my mom is oromo My dad is somali. Redi if steal obse is not muslim plz& plz try to teach her .convince her then convert her you wll get very big ajr bro . I wish we wll soon to see beutiful couple insha allah !! Im watching you gays from sweeden b b y*

    • @metii5816
      @metii5816 4 года назад

      Biyyii hachalu amboo dha
      Kani obsee wallaga enyuu kani biyaa hachalu tii jedhee? Seraan dhagefadhu thank you

  • @halimaorotube2314
    @halimaorotube2314 4 года назад

    Wow.mashaallaa wolif. Issin haa.dhissu. bayyee woliraa baredaan

  • @ikrammohammed5652
    @ikrammohammed5652 4 года назад

    Obsee tiyya har’a akkam bareeda akkanatti jabaadha achuamaanis gorsa siif kenna Islaamummaa fudhadhu damma too ❤❤🌹

    • @abeyahmed4513
      @abeyahmed4513 4 года назад

      Obsen kufara jechudha?? May allh show her z right way insha allah

  • @alamitube1894
    @alamitube1894 4 года назад +5

    Baayee dasii nama jetu wal irra baredu jabadhaa

  • @tamimausman5524
    @tamimausman5524 2 года назад

    Mashalaa bayyee namati toltani jabadha isin jalana

  • @shamasiikadirii6572
    @shamasiikadirii6572 3 года назад

    Wwwwww mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah rabinii urmii sii haa dheresuu ❤️❤️❤️❤️😘😘

  • @hikimaahikimaa8547
    @hikimaahikimaa8547 4 года назад

    Mashaa Alhaa tabarakalaa huduu nama totanii bareduu too nagayaa gara amataa haqaa futee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

  • @liinamohammed613
    @liinamohammed613 4 года назад

    Masha allaha bayee bareeddu rabbiin karaa isaratti isii debisee waliin isin haa tursisuu😍

  • @zabidashamsudin7614
    @zabidashamsudin7614 4 года назад +5

    Obseen bayyee bareddee hijaban 👌👌👌

  • @fayisehile5221
    @fayisehile5221 3 года назад

    Obse bayyee baredaa mee ufataa fula ketitii hin marini garuu dhifamaa

  • @sumeeitallaaoromookwstr9256
    @sumeeitallaaoromookwstr9256 4 года назад +2

    Anii Haa Dhufuu Redii Fifiine❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍

  • @جواديماناني
    @جواديماناني 3 года назад

    Mashalaaa mashalaaa hudara kanagamachisee isaa obsen muslima tatuu rabii imana dhuma hin qabnee hakenuf

  • @NaifGeshi
    @NaifGeshi 4 месяца назад

    🎉🎉🎉❤❤❤mashaa Allh Mashaa Allh

  • @darodarartu9549
    @darodarartu9549 3 года назад

    Dhugaa dubbachuuf isiin guddiifuuf hawi guddaab qaba laiki 100.000000000 uuttun na dadahame isiinif goodha na marartu

  • @sadudin5571
    @sadudin5571 4 года назад +1

    Wow heduu isiniraa baredee bro bero isinitii haa toluu 💕

  • @barisaibrahim9284
    @barisaibrahim9284 3 года назад +1

    Masha Allah mash Allah Tabarakallah rabbii ijaa hamtuu isinii irraa haa qabu

  • @zeyiinaabmuhammad487
    @zeyiinaabmuhammad487 4 года назад +4

    ❤❤🌳🌳❤❤🥰🥰🥰 walliif isiin hadhiisuu rabbii ❤🌳❤

  • @عمراحمد-ش2ب3س
    @عمراحمد-ش2ب3س 4 года назад

    Eebadee eebadee reedii obsee akkas malee hinuffisin amma booda mucattiin ijoollee abbiyyoo fakkaatee jirti💞❤️❤️💓💞

  • @tamtim8564
    @tamtim8564 4 года назад +15

    ridii obsen yeroo rifensa qulaa demtu ni dabaraa yeroo akkanati tetuu akkam midhagdii

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 4 года назад

      Maatii naf ta,i sanyii ko ❤️❤️❤️

    • @seadaseyfu2849
      @seadaseyfu2849 4 года назад +1

      Subscribe nagodhi wa ofi

  • @muniramunira2199
    @muniramunira2199 4 года назад

    Jalaleen maali jarsaa fi jarsaa miti??

  • @seenaadhugaa2942
    @seenaadhugaa2942 4 года назад

    dhugaa gafaa obsee Amati jijirite haadiyaa Sibitaa Qashittii Redii sanyii ko baayye Sijaladhaa Aye Love 💘 💖 ❤ 💕 Redii Mucaa biya ko
    Nufii jiradhaa