Enyuutu isiin kessaa fedhii bayyinan Qaba🙈😳👀😩Gaafi kesaniif debii ajaibaa.hhh

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 643

  • @abdurashidibnMohamed3650
    @abdurashidibnMohamed3650 3 года назад +40

    Naf jiradha qaaliwan Koo big love from Finfine Oromia 😘

  • @geniitube2738
    @geniitube2738 3 года назад +10

    Redii &Obsee bayyeen isiin jalaadha jabadha qaqaliwaan ijoolee oromoo nuf jiraadha hamtun sin arginii gaariin sin darbiin umuuri waliin dheradha akkasuma rabbii ilmoo lakkuu sinif yaa kenu Ameen jedha fudhaa nujala hin badiina

    • @waanofii430
      @waanofii430 3 года назад

      Genii tube matii naffa ta.ii

    • @sanyiijawaartube8434
      @sanyiijawaartube8434 3 года назад

      mee matii nafi ta.ii

    • @ArabArab-kv3kj
      @ArabArab-kv3kj 3 года назад

      wallahii Anii akuumaashii kanatiin fedhaa lafee obsee beyee natii loltaa galatomaa isiinii jalladhaa💞

  • @fauziyahhusen3077
    @fauziyahhusen3077 3 года назад

    swteeeeeeeee ijollee oromoo wogaa 1000/1000 nufii jiradhaa redii akumaa kiyaa atisii ijollee lakkuu hedduu jalladhaa wly rabii sii haa kenuu

  • @damiiyyeeshawaawalisoo7349
    @damiiyyeeshawaawalisoo7349 3 года назад +3

    Anis lakkuu jaladhaa😭 yaa rabii koo gaafan herumee jalqabaa irraa shamaraan lama lakkuu naaf kenii😭😭😭 sii kadhee yaa rabii koo😭🤲🤲🤲🤲
    Matii koo keessati dhira malee durba ana qofa hawiin koos matii kootis durbaa😭😭

  • @kubralami6912
    @kubralami6912 3 года назад +10

    Rabbiin yaadaaf muraada keessan isiniif haa guutuu lakkuu ati yaade saanis siif haa kennuu😍😍👩‍👩‍👧‍👦👩‍👩‍👧‍👦

  • @NafiOro-c8v
    @NafiOro-c8v Год назад +1

    Rabbin ijolle lakuu isinf ha kenu Inshaallha gamachun jiradha hamitun isin argin garin isin daribin❤❤❤❤❤❤

  • @gffgvygvv531
    @gffgvygvv531 2 года назад

    Bayee sin jalalan dhugaa wajin umurii dhera waqanii sinif yaa kenii obasee kooo adaa biyaa kenyaa qabatee gudatee namatii tolaa dhugaa amalee kabajaa abaa mana ketii kenii ishii❤❤❤❤❤

  • @abushetube4995
    @abushetube4995 3 года назад +18

    Akka itti ani isin jaaladhu Ridi & obe❤️❤️naaf jiradhaa like itti roobasame oro

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад +1

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko pank aja.iba kutaa 2ffaa ilali

    • @netsanettube9580
      @netsanettube9580 3 года назад

      @@sanyiimedia575 mati naaf ta'i please

    • @netsanettube9580
      @netsanettube9580 3 года назад

      Abushe mati naaf ta'i please

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад

      @@netsanettube9580 si ta.eraa ati meree

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад

      @@netsanettube9580 ati kootuu matii nufu ta.ii kaa

  • @kedirjemal
    @kedirjemal 3 года назад +5

    Assalamaleykuum woramatulay wobarakatu jirra jiritu Redicho fi obisee tenna wawuu bagaa gamadani oromoo ko
    Itti anisuuni gaffii kottii serani naf debisitani jirittani umirii naf dhera hedduu issiin jaladha 😍

  • @malehaabd5798
    @malehaabd5798 3 года назад +1

    Yaaa dhugaa ketii atii gafaa inii silkii hahii maqaa namaa jijiree jartii lamafaa jedhee qabatee sanii nuu manaa ariuu getee Ridii siii moo obsee manaa aritaa anuu jajanuu hedaa obsee yee qalii tiyaa ❤❤❤naaa hayataa meee 🔥🔥🔥🕊🕊

  • @abdatuucarcar536
    @abdatuucarcar536 3 года назад +2

    Mashaa allah rabbii umri isin ha dherasuu walhi ani akaa lubu kiyaa isin jaladhaa heduu natii toltaan qalbii namaa futaan walif isin ha dhisuu ❤❤❤❤💋💋

  • @giiftinigussie8916
    @giiftinigussie8916 3 года назад +2

    Wlh heduu isiin jalladhaa obsee teenyaa rabiin urmii isiin haa dheresuu

  • @sifanmalaku2369
    @sifanmalaku2369 3 года назад +3

    Bayyee isnii jalladham dhugaa obsi fii ridiicho namatii tolaa jabadhaa ittii fufaa dhugaa obbollotako😍❤❤

  • @mammeshowof
    @mammeshowof 3 года назад +2

    Rabbi ilmoo laku laku siif haa kenu inashallaa

  • @عاليةمحمد-ق6ذ
    @عاليةمحمد-ق6ذ 3 года назад +1

    Mashallaa wollini umrrii dherradha wollhii billahii anille akkuma reddi lakkuu barbdaa inshllaa 🤲🤲🤲🤲 Rabbiini nufii ha kenu inshllaa obsee bayyee tokko sii jalladha ofttii amanamumanii ke bayyee tokko nattii tollaa hijjabba kee akkanumatti ufadhu amana Rabbii sitti ha ta.u namni tokko tokko osoma hijjabba hidhattu riffena fi mormaa isaa muldhisa kun hijjabba hidhachu hin jedhamu kunii dhamsa obllumattii obsee to yo ballessefi dhiffama si jaladhaa

  • @ashraqaayub9577
    @ashraqaayub9577 3 года назад +2

    Masha Allah heddu dasi Nama jetteni wly rabbi hamtuu isini iraa haa qabu

  • @aliyaaliya5769
    @aliyaaliya5769 3 года назад +2

    Anuu bayee jaladhaa lakkuu rabii siif haa kenuu ishallhaa💚💚

  • @yaaallah2975
    @yaaallah2975 2 года назад

    Mashaa'allah masha'aallah rabiin lakkuu lakkuu ati hawwitu san siif haa kenu Ridii kenyaa ilma baale Roobe

  • @samiraka.9449
    @samiraka.9449 3 года назад +8

    ❤️❤️❤️❤️❤️
    Wel come 🙏
    Rabbin isiinif haa kenuu ilmos
    Inshaa’aallah🤲🏼☝️

  • @biinii__ye__Arsii__lij
    @biinii__ye__Arsii__lij 2 года назад +1

    Rabbiin siif haa kennu ilmàan lakkuu

  • @foziyaasanyijawwee960
    @foziyaasanyijawwee960 3 года назад +5

    rabbin lakku siff haa kenuu redicho kenaa uuuuffff jarsi kiyaa tokkolee lakuu jedhaa olaa walahii yaa rabbi nuu kennii❤❤❤❤

  • @zaruutubi
    @zaruutubi 2 года назад

    Rabbii (lakuu )sii haa kenuu du'ayii godhuu haalkan wodhakaafi Azanafi hiqaama jiduu rabbii qabesaa sii haa kenu abshiir

  • @fatumaadam2440
    @fatumaadam2440 2 года назад +1

    Mashallah Tabarakallah Rabbiin umurii keessani walliin isin haa dheresuu naaf jiradhaa qaqalliwani tiyya Rabbiin yadaha murada keessani isin haa guttuu wly Anis lakkuu bayee jaladhaa Rabbin nuu hundafuu haa keennuu inshallah

  • @ummuumubaarektube3955
    @ummuumubaarektube3955 3 года назад +5

    Cute family❤️❤️❤️❤️I respect u guys

  • @shamsyahali274
    @shamsyahali274 2 года назад

    Redichoo fi obsichoo qashatii ijoollee bayee issin jaladhaa umrii wojjin issin haa dheresuu biyyallee demaa matii dubisaa

  • @sifanhasansifanhasan1761
    @sifanhasansifanhasan1761 3 года назад +2

    Walih jalala onlineiraa madde issinifi qaba akka kiyati nafi jiradhaa wagga 10000 walin bulaa horra dagagga ❤️💚❤️

  • @gannotubu6487
    @gannotubu6487 3 года назад +1

    Redii anilee akumaa kee kanaa da, imaa lakuu jaladhaa rabbini sii haa kenuu

  • @izzaddiinqaasimchannel5637
    @izzaddiinqaasimchannel5637 2 года назад +1

    Wow nuuf jiraadhaa bara dheeraa shaashamannee irraayi

  • @mammadaliyyi8466
    @mammadaliyyi8466 3 года назад

    Maasha allha rabbini umrii dhertuu isnifi haa keenu

  • @bontubaysa8147
    @bontubaysa8147 3 года назад +1

    Wowow anis akkasuma Ijoollee lakkuu heduun jaalladha Rabbii siinf haa latuu Obsee fi Redii Ammaa du'atii waliin turaa siin jaallaadha

  • @malehaabd5798
    @malehaabd5798 3 года назад +1

    Naaa debisii kaaa naaa hayataa mooo hii hayatuu jartii lamafaa atii obsee yee qalii namaa 🥰🥰🥰🥰🥰😂😂😂😂😂😂😂

  • @Gifgi-t4o
    @Gifgi-t4o Год назад

    Bayee waliraa bareedaan dhugaa rabbiin urmiin Isiin Haa dhereesuuu

  • @workituwario6464
    @workituwario6464 2 года назад +1

    Masha allah rabiin lakkuu isiinif haa kennu insha allah ❤️🤲

  • @malehaabd5798
    @malehaabd5798 3 года назад +3

    Mashal Allah Ridii yee fii obsee yee obolewanii kooo qaqalii wanii koo horaa bulaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌳🌳🌳🌳🌳🌳❤❤❤❤❤🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🔥🔥🔥🔥🔥

  • @sofia17abatchi39
    @sofia17abatchi39 3 года назад +3

    Mashaallaah Allah haoraa nuu bulaa so beautiful❤❤❤😍😍😍😍😍

  • @lylaalel9317
    @lylaalel9317 3 года назад +1

    Mashalaa mashalaa tabarkalaa rabbiin umrii wolif isin haa dhersuu

  • @Naturallife735
    @Naturallife735 3 года назад +1

    Anis lakkuu hedduu jaladha rabbin siif haa kennuu

  • @sumayaaserag2799
    @sumayaaserag2799 3 года назад +1

    Lakkuu rabbii sifii haa kenuu bro walii isiin haa dhisuu💓💓💞💞💞💞💞💞

  • @MustariyaKhalif
    @MustariyaKhalif 7 месяцев назад

    Naf jiraadha qaliwan ko ilma baliyoo bayyeen isiin jaladha 😢😢😢❤❤❤❤❤😮😮😮

  • @metiiamboo8526
    @metiiamboo8526 3 года назад +1

    Maasha allah umrii dheradha qaxalee ijoolle bayyen isn dinqisiifadha

  • @gishahaji5835
    @gishahaji5835 3 года назад +1

    mashaa Allah bayee namatii toltanii dhugaa❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️

  • @meeaswrwbmee9161
    @meeaswrwbmee9161 3 года назад +2

    Mashaa allaah tabbarkkaa allaah rabbii issin hafayiisuu rabbii isni hagaruu

  • @sartumohammed2173
    @sartumohammed2173 3 года назад

    Rabbii lakkuun sif haa kenuu ijolee

  • @arabejarso3583
    @arabejarso3583 3 года назад

    Mashaallah rabbin ni dandaha lakku lakkun isiin ha kennu yadaa muradaa kessan isiinif ha gutuu

  • @rafeltube8894
    @rafeltube8894 3 года назад

    masha allah ijarra hafa fakkeenya bareeda namaaf taatani

  • @abduulazizabduulaziz9966
    @abduulazizabduulaziz9966 3 года назад +1

    Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh ijara hafa ijoole qaqalii umrii woliin dherdhaa namatii toltaan💘💘💘

  • @sifaanabdii3701
    @sifaanabdii3701 3 года назад +20

    So beautiful family 💕

  • @Ibrahim-ee8fg
    @Ibrahim-ee8fg 3 года назад +2

    Walif isin habulchu amalee jaala dhuma hin qabnee rabii isin hakenuu amalee

    • @shamsitube4891
      @shamsitube4891 3 года назад +1

      Ibrahim.maati naafi ta,ii qalii nama

  • @soreettiwarrailluu7022
    @soreettiwarrailluu7022 3 года назад +10

    Wl wr wb mashallah jabadha ilmo ammo rabbin amuma sinif ha kennu amma sin hin barbane bodammo rabbin ykn sin dhowaachu danda'a sinif hakennu

  • @mammeeshaw1292
    @mammeeshaw1292 3 года назад +3

    Bareddu dhan kenyaa masha Allha bulitin obisaa baribachisa nufi jiradha

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank aja.iba dawwadhuu

  • @haawwiioromo6368
    @haawwiioromo6368 3 года назад +2

    WOW akkam namati toltuu waqqayyoo waaliin sin haa dhisuu ilmoo lakku sinif haa kenuu ❤️🙏

    • @shamsitube4891
      @shamsitube4891 3 года назад

      Gadise.maati naaf ta,ii qalii nama

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад

      @@shamsitube4891 Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiikoprank aja.iba dawwaadhuu

    • @shamsitube4891
      @shamsitube4891 3 года назад

      @@sanyiimedia575 .tole attisi maati koo ta,ii qalii nama

  • @zamzamaman9121
    @zamzamaman9121 3 года назад +1

    Anillee lakkuu fedhaa inshalhaa

  • @mayaannbuenavente4568
    @mayaannbuenavente4568 3 года назад

    Rabii umrii waliini isini haa dhereessuu ishaallaa

  • @teyibamaute7520
    @teyibamaute7520 3 года назад +4

    As w wr wb Maashaa Allaah tabaarakallaah nuuf jiraadha Hedduu takkaan isin jaaladha❤❤❤❤🌹🌹👌👍Aamiiin baga wajjinu gammannee 🤲🤲🤲🤲 akkuma isin wal jaalattan rabbiin isin haa jaalatuu,Waan isin Yaadan hunda rabbiin isiniif haa kennuu ❤❤💚💚❤❤🌹🌹👌👍✌

  • @فوزيهفوزيه-ق5ج
    @فوزيهفوزيه-ق5ج 3 года назад +2

    Ws wr wb
    Wowowo akkatti ani isin jaaladhu babareeduwan tiyya qalaa b.roobe jabeesika choominati tana nuuf❤❤

  • @sumayyaamar356
    @sumayyaamar356 3 года назад +1

    Waleyikumasalamii woramatulayhii wobarakatuu mashaa alhaa bayee sini jaladhaa redii mataa kee sana malifii kee akasii godhataa qajisaa tokoo dherefataa

  • @suteewalagaa4305
    @suteewalagaa4305 2 года назад

    Nafii jiradhaa qaliwani ijolee jalala😥💯💯💯💯

  • @hasanwallootube1914
    @hasanwallootube1914 3 года назад +1

    Jiraadhaa umrii barakaa qabaadhaa

  • @muntahaatube4045
    @muntahaatube4045 3 года назад +2

    Mashaa Allah Mashaa Allah ❤ 🙏 💖

  • @hendamuraadmahmud5496
    @hendamuraadmahmud5496 3 года назад

    Karoraa yaahuda dhisaa kan raabitti fayyadam ijolee riziqi waajin dhufti

  • @ummuumubaarektube3955
    @ummuumubaarektube3955 3 года назад +1

    Dhugaa obseen Amala koo qabda😀anis foon dheedhii diima jaaladha. An lafe qorquu moo jaarsa koottu jaalata😁

  • @bisax3832
    @bisax3832 3 года назад +4

    Bayee isiin jaladhaa Ani isiin laachuu garuu Mee gaafa tokoo obse tayii redii tayii. qrnki hojadhaa Mee wolirtii kaa yeroo duraa saan IRA debee laala das namaa jetaani qrnki 💋

  • @dhgdhgzhgdjvz1472
    @dhgdhgzhgdjvz1472 3 года назад +3

    MashaaAllaa MashaaAllaa ❤ 💚 ❤ mamtitou Love🥰🥰🥰💯👌❤💚❤

  • @muntahaamuntii6756
    @muntahaamuntii6756 3 года назад +1

    Duuran sii hordufuu turee egaa obsee fuute video kee hundii naa jaala darbuu jabadhuu

  • @mashaallah6679
    @mashaallah6679 2 года назад +1

    Masha Allaah Raabbini waajini umrii isni ha dheerreessuu jabadhaa

  • @saragemedagemeda6774
    @saragemedagemeda6774 3 года назад +1

    Mashaa Allah bayyee namati toltuu Rabbi umirr walin sin ha dhersuu❤

  • @aishagerbo6309
    @aishagerbo6309 3 года назад +1

    Reedii woliya Rabbii sii badhasee jaarrati akkana Tanna

  • @عامرالشهري-ز2ه
    @عامرالشهري-ز2ه 3 года назад +2

    Orom Amiiiiiiiin Amiiiiiiiin mashaaAllaah💪💪❤❤

  • @obsetube1826
    @obsetube1826 3 года назад

    Wwwwwww bayee namatii toltuu jabadhaa matii leke 🥰😍🙏🥰😍🙏🥰🙏

  • @maakinkanoromoti7695
    @maakinkanoromoti7695 3 года назад

    Umanni sila maal akkas nama gafata maali akkam wanuma mara gafatu hordoftota rabbin isin ha qajelchu

  • @asmaaawal1065
    @asmaaawal1065 3 года назад +2

    Erga heerumte obsicho ni furdattee Maasha'Allah

    • @hawwahusen6225
      @hawwahusen6225 3 года назад

      Mee maatii naaf taha oboleyaan kiyyaa qaqaalii

  • @abdurahamaanhuseen9671
    @abdurahamaanhuseen9671 3 года назад

    rabbi sii haa kenuu habbibbi kiyaa lakkuu egaa fetee rabbin sii haa kenuu galbii

  • @jimmagibeegamaa5041
    @jimmagibeegamaa5041 3 года назад +1

    Wallaahi isin hedduu nama kabaja namaa qabuudha baay'ee namakabajju! Gaafii gaafatamuu hin malle hedduutti deebii laattani ulfaadhaa gaafilee jaarsaaf jaartii gaafatamuu hin qabne baay'een taajjabe

  • @netsanettube9580
    @netsanettube9580 3 года назад +2

    Rabbii sifi yaa kennu 🙏🙏🙏😘😘😘lakkuuu🙏🙏

  • @sumeyamussa5021
    @sumeyamussa5021 3 года назад +5

    Bayye bareduu bayye isini jalladhaa 😘😘

  • @khadijanazif923
    @khadijanazif923 3 года назад +2

    Mashaa. Allaah❤️❤️❤️

  • @jeettiibaalee935
    @jeettiibaalee935 3 года назад

    Isinumatu iyyaala horaa bulaa nuujiradha waa.een jaalalaa isini galee jira dubartii akka obsee tana baaleef haabaayyisuu

  • @rahmakedir5635
    @rahmakedir5635 3 года назад

    Rabbii yeroo takkatii lakkuu 3 sii haa keennuu rediichoo

  • @riyunure1433
    @riyunure1433 2 года назад

    😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯Nuufi jiradha Qaqaliwwan tenya

  • @allahmdulallaah9477
    @allahmdulallaah9477 3 года назад

    rabbin lakuu ilmoo dhiraa 5 isin yaa keenu

  • @gamachisoda
    @gamachisoda 3 года назад +1

    JOOlee babare duu mashaa Allhaa ijaraa hafaa

  • @zeytunaaahmed9247
    @zeytunaaahmed9247 3 года назад +1

    Mashallaa Allhaa tabarkallaa rabin wolin umurii isan haa dheresuu ishallaa Allah

  • @CAFOTUBE5
    @CAFOTUBE5 2 года назад

    Jabadha mashaa Allah itti fufaa Horaa bullaa dagaaga amas wal jalaadha

  • @rahimatuna2068
    @rahimatuna2068 3 года назад

    Ma shaa allah rabbi lakku isinii ha kennu

  • @sumayaabiti2530
    @sumayaabiti2530 3 года назад +1

    Mashala allah horaa bulaa sii jaladha 😍😍

  • @dammeedao6278
    @dammeedao6278 3 года назад +1

    Mashaallaa tabarakala rabbi wolini isini haa tusisu

  • @abduulazizabduulaziz9966
    @abduulazizabduulaziz9966 3 года назад +1

    Jarsafi jartii guyya hunda woluma lola wolutti debiaan🥺💘

  • @ganiwallagaa4927
    @ganiwallagaa4927 3 года назад

    Eyyee galatoma horaa bulaa R&obse seenaa keessan Akkata itti waal baratan Akkuma jettan nuuf goddaa isini jaaladha

  • @sifanhasansifanhasan1761
    @sifanhasansifanhasan1761 3 года назад +1

    Baga walumanu gammanee sanyiiwan koo ❤️💚❤️💪💪💪

  • @saadausmaan7457
    @saadausmaan7457 3 года назад

    Isii jedhaa dhalaa ijole raabii isni gudisaa

  • @yabobayo5787
    @yabobayo5787 3 года назад +1

    Waliif Obsaa, wal kabajaa, yoomuu communication/hasa’aa waan hundaa!
    Rabbi waliin isin yaa jiraachisu.
    Rabbii Lakkuu siif haa kennu.

  • @momihusen2015
    @momihusen2015 3 года назад +1

    Mashallah baay'ee barredu 💙💙💙💙💙💙💙💙💙

  • @zubeydatuna2417
    @zubeydatuna2417 3 года назад +1

    Lakuu Rabin sii haa kenuu radicchio sansii Akuma kotii ✌️❤️

  • @fatuufeeta3030
    @fatuufeeta3030 3 года назад +1

    Eeeeyye nuu barreessa store keessan jabaadhaas

  • @abdurashidibnMohamed3650
    @abdurashidibnMohamed3650 3 года назад +1

    Baga Rabbin Kara Haqa kan islamati sifide obsee, u are so lucky welahi

  • @SamsungSamsung-ni7sv
    @SamsungSamsung-ni7sv 3 года назад

    Waaqayyoo siif yaa kennu lakkuu ansi lakkuun jaaladha naf kadhaa

  • @netsanettube9580
    @netsanettube9580 3 года назад +1

    Jabadhaa qaliwan koo bayyee namati toluuu😘😘😘😘

  • @jimmagibeegamaa5041
    @jimmagibeegamaa5041 3 года назад +1

    Ijoolleen hedduu jaalladhuuf kabaju waliif isin hadhiisu hamtuun isin hin argin gaariin isin hin darbin

  • @hayathassan5394
    @hayathassan5394 3 года назад +3

    Masha Allah beautiful couple 💑 ❤ ♥

  • @shamsiyaaaddami3764
    @shamsiyaaaddami3764 3 года назад +1

    Maashaallaa maashaallaa taabbarakkalla baagaa dhuftaa jaalaa Rabbiin sii urmii