Obsen Da'iman garaa qaba jette ridicho prank gote,ridichon bayee aree jiraa,😱😱

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024
  • #oromomusic #ethiopianmusic #tiktokchallenge #oromotiktokchallenge
    #ethiopiantiktokchallenge #vision

Комментарии • 627

  • @musilimethiopia2617
    @musilimethiopia2617 2 года назад +30

    Wollahi wanti hanga kinini nama midhuu jiruu amma kinini fayadamte gafa ati kinini dhabdee ilmoo argachu qaba jete murtesitee dafee nama hin kenu ilmoo

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 2 года назад +49

    Inshaallah raabi ilmo isiin haa keenuu nuu fagenyaa nuu dhorgee isiin woori wol bira jirtaan ilmoo godhadhaa ilmon barakaa qabdii 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ashettatabaaiyyroobiyyo3889
    @ashettatabaaiyyroobiyyo3889 2 года назад +85

    Inshaa allah Rabbiin Hara'a Iraa Garaa obsee keessa ilmoo haa Kaayu Rabbiin ilmoo keeyrii qabdu isiniif ha keenu 🥰

  • @nuraadinumar1015
    @nuraadinumar1015 2 года назад +5

    mucaan kun amala isaa irrraa garran fayyaadha ani waan si beekuuf biyyatti riidishaa mashaa allaah tabaarakkaallah

  • @ethiopia6626
    @ethiopia6626 2 года назад +101

    Saluu Ala Nabi Salallahu Aleyhi Wasalam ❤ Asuman matii naf taha😊

    • @badhaatuukadir6771
      @badhaatuukadir6771 2 года назад +1

      Saw🥰🥰🥰🥰🥰

    • @SIMBOOTUBE
      @SIMBOOTUBE 2 года назад +2

      Hawwaa🥰🤔

    • @kadirkadir5837
      @kadirkadir5837 2 года назад

      S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w

    • @ummusafiyaa4573
      @ummusafiyaa4573 2 года назад +1

      Sallallahu aleeyhii wasallam

    • @sitinahamad826
      @sitinahamad826 2 года назад

      Saw saw saw SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SW

  • @sofiyaayoutube8784
    @sofiyaayoutube8784 2 года назад +14

    Redichoo. Wolhii attii. Namaa. Sodda Rabbii. Qabuu. Rabbii. Shakaruu. Ke. Bayee. Na gamachisee. Alhamadulilahii

  • @saliyauae272
    @saliyauae272 2 года назад +29

    Dhirii harkaa bahanee dhiraa mitti jedhaa oromoon garuu atiilee intaalii harkaa kee bafachufii bareeda gottee obsicho 😍😍👌 redisha wanii daalga kee argate obsiikaa 😁😁👍

  • @yeroosanfiroomsa6321
    @yeroosanfiroomsa6321 2 года назад +14

    Ridii akana hiin arinii broo prankin hin aramuu atimoo jartii baye bareduu qabdaa hin kafasisinii ofiti qabii dhungadhu. Dhuga dubachuuf ati caraa qabesaa wolahi. Obseen nama jarraa 21ffati baye nati toltii adaraa hin kafasisisnii. Bro respect and love her. 🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤

  • @saliyauae272
    @saliyauae272 2 года назад +20

    Garuu bekkachuu kee naa tahee reedii obsicho rabbii karoraa keessanii issiinni haa kennuu daa'iminii daa'imumaatti jedhaan garuu karoraa dheersina malee 👪😍😍😍❤❤👍

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Saliya to matii ko naf ta'i me

    • @saliyauae272
      @saliyauae272 2 года назад

      @@tufaaguraaraa hayyee siif tahee sanyii koo😎

    • @oromiyatube4218
      @oromiyatube4218 2 года назад

      @@saliyauae272 kotuu matii walii tanaa

  • @aishaalabdu5073
    @aishaalabdu5073 2 года назад +10

    Wallaahi hin balleessitan daa'imagodhachuuf yeroo ittihin kenninaa IjoolleenkennaaRabbiitii

  • @seenaasufiyaan907
    @seenaasufiyaan907 2 года назад +28

    Maashaa Allaah ❤💚❤
    Maashaa Allaah ❤💚❤
    Obsochoo yeroo alaati battus uffanaa kee akkummaa manaa keesaa ufattu kanatti ufaadhuu💯✔💪💪💪❤😘😘😘
    Ridiii😫kaa ilmoo barbanee maa futtee ree 🤨
    Karoraa karooraa jechuu dhisaa ilmo argadhaa risqii isii raabbii haarkkaa qabaa karoorii keesanis galmaa isniif gahaa inshaa Allaah 😍❤😍

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 2 года назад +25

    Kkkkkk ani hoola sihi jala cisaa jedhe wollahi eee kolfee obse bishaan jete 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 dhugaa qosa ilma kana dhisaa meqatu dhabe booya 😢😢😢

  • @obsinetiiseenaa1779
    @obsinetiiseenaa1779 2 года назад +3

    Rabbin'dhugaan'isiin'haa'keenuu🤰🤰👨‍👩‍👧👨‍👩‍👧‍👧☝️☝️

  • @metii5816
    @metii5816 2 года назад +14

    Mother dawala jedhe ridicho uffff🥰🥰🥰rabii isini haa kenuu insha allah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽

  • @zamzaamabdallaa4740
    @zamzaamabdallaa4740 2 года назад +37

    Obsee dhamsaa obolumaa kininii fayadamiin bodaa rakkoo siraa gahaa

  • @ahjs6614
    @ahjs6614 2 года назад +12

    Ani shamaran garu naa gaaddee obseekoo
    Dhugaa kaarorii da'immaa caluu in jiruu ilmoo godhadha
    Qabeenyi booda dhufaa ishi

    • @hazizahaziz6072
      @hazizahaziz6072 2 года назад

      Oli hin katuu jarsaa kee jalaa inimoo sii hin dhugatuu yoo alaa galee

  • @dingoaliyyii5279
    @dingoaliyyii5279 2 года назад +16

    Mashaa alaah garuu gizee phirankii hojataan sagalee ool kasaa hiin dhagahamuu waan ta.eef

    • @sandabastudio5518
      @sandabastudio5518 2 года назад

      Maatii naaf tayii sanyii please

    • @oromiyatube4218
      @oromiyatube4218 2 года назад

      @@sandabastudio5518 kotuu matii walii tanaa

    • @sandabastudio5518
      @sandabastudio5518 2 года назад

      @@oromiyatube4218 duruma maatii ketii sanyii please maatii naaf tayii sanyii please

    • @senneetube2680
      @senneetube2680 2 года назад

      Maati naf ta,aa

  • @sikkoofmanddoo5716
    @sikkoofmanddoo5716 2 года назад +2

    Wly bay.ee kolffee hedduu namattii tolttuu rabii Wan yadan maraa isinii haa gutuu🥰🥰🥰😘

  • @kadirkadir5837
    @kadirkadir5837 2 года назад +17

    Alaahu Masaalii wasaaliim alaa NABIYYINNAA MUHAMMAD
    S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w S.a.w saalawataa buusaa Nabii MUHAMMAD S.a.w Irratti jzk

  • @noormakamreh8649
    @noormakamreh8649 2 года назад +3

    Ijolee koti hadhaa dargageti tahuun qaba male dulmtuu tahu qabuu jetee 😂😂😂wayo Gara koo ❤❤

  • @kedijayousuf787
    @kedijayousuf787 2 года назад +2

    Mashallah berdu tiya rabbin umerii dhara sihawa

  • @AsAs-ye6yp
    @AsAs-ye6yp 2 года назад +4

    Wl wr wb obsee & redii inshaallhaa raabbin ilmoo diini fi duniyaa isnif haa keenuu yeroo dhiyoo kessaattii raabbin ni qabaa I LOVE YOU ❤️💚❤️🙌👨‍👩‍👦

  • @zamzamlove4822
    @zamzamlove4822 2 года назад +4

    Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Rabbiin ilmo isiinif haa kennuu nama meeqa ilmo dhabbe boyyaa jira

  • @farhaatube4717
    @farhaatube4717 2 года назад +9

    karoraa dhisaa ilmoo argadhaa adunyan hin gutamtu ilmo argachun risiqii gudodhaa dhasa oboluma tii yon balese sorry ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @siraajmanbalee8698
    @siraajmanbalee8698 2 года назад +2

    Wwooww mashaa Allaah ilmaa argaachu akkaa hin jibbinee dhugaa ridichoo

  • @amartimulugeta6547
    @amartimulugeta6547 2 года назад +1

    Wayyoo kaa nama gaddisiisa gammadee tureem baayyee miskiina rabbii🤩😍🤩🤩🤩🤩🌷❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @hoormob6452
    @hoormob6452 2 года назад +7

    Waleyikumasaalam waramatullahi wobarakatu MashaaAlla osoo jera yeman keessaati oso inni ula hin banatiin egala caqacaqu atimo suuta jeeteti 😍😍

  • @halemah9597
    @halemah9597 2 года назад +2

    Mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah rabbii isiin haa kenuu

  • @aishaibrahim4034
    @aishaibrahim4034 2 года назад +2

    Maasha allaa tabaarakkallaa rabbiin isinii haa kennuu osoo ta'eere gammachuu qabaa

  • @لاإلهإلاالله-ر4ظ8ح
    @لاإلهإلاالله-ر4ظ8ح 2 года назад +6

    Gaaru jecha karora jedhan ilmo ittinsan kana rabbin hin jalatu !!! Yarabbi rakko tana keessa nu basi jecha karora jirenya jedhu kana 😢 nuf lafis Yarabbi nuf ararami aki rabbin nu ajaje akkana miti itti qophaye haadha ilma ta'an sirrii miti lubbu guyya ishin duutu hin bekne qabe jirata jira !

  • @fatmajamal6303
    @fatmajamal6303 2 года назад +1

    Absicho koo bareeduu mucaa biyya koo bayyee sijaaladha damma koo prank kes namati tolaa jabaadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @dammeedao6278
    @dammeedao6278 2 года назад +5

    Mashaallaa mashaallaa rabbi sii haa kenuu mashaallaa obboleeyaa tiyaa

  • @HaniHani-mb8jb
    @HaniHani-mb8jb 2 года назад +1

    obbsa dhugaa itti hojete kkkkkk
    ridicho yadda garii qabdaa best liji halluma kanan itti fufi yadda Kee kana 👍👍👍

  • @lamoromofarstbhh3022
    @lamoromofarstbhh3022 2 года назад +1

    Wly rabiini walif isn Haa dhisu reedicho & obsicho maati jalaala namati toltani❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @tfvgcgyf9298
    @tfvgcgyf9298 2 года назад +1

    Ridii mashallah tabarakal bayyee si dinqisifadha rabbiin ilmole isnifii haa kenuu

  • @jebriilobsa9348
    @jebriilobsa9348 2 года назад +9

    Doktor haarkan marmartaa maasha Allah ka yoo fi karoraa qabchuun akkas ta'ee waan rabbii fi dee jettee gamaduun kee hedduu daas.najedhee redii Amma rabbii ilmoo dhira.dursee isiniif haa keenuu ilmoo dinii duniyaa toluu

  • @sabaahumar2052
    @sabaahumar2052 2 года назад +2

    Eebade ridi namnumman tokko prank nan godhu jedhaa hin turree garu obsen sii gote 🤭🤣🤭🤣🤭🤣🤭😂😂😂😂

  • @obsinetiiseenaa1779
    @obsinetiiseenaa1779 2 года назад +3

    Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah wollah'redin'miskina

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 2 года назад +3

    obsee koo I LOVE you dhugaa Bay'ee sii jaladhaa
    💚♥️💚💋

  • @فوفومحمد-ر6ذ
    @فوفومحمد-ر6ذ 2 года назад

    Wallahi bishaan naaf busii jennan ammanu jamartee jedheen waayi Ridii wallahi kolfaan najjessee

  • @dareaman2633
    @dareaman2633 2 года назад +1

    Rabbini isini haa keenu ilmo baareda umuuri dheera wolini jiratani

  • @gamnegamne2057
    @gamnegamne2057 2 года назад +1

    Mashaallaah Mashaallaah wolhi heduu isiin jaladha obsitii bareeduu too 💋💋👈👌🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❣❣❣❣❣

  • @sifanlove1278
    @sifanlove1278 2 года назад +1

    Wlh bay.e nama toltani jusif bishani nafi keni jeneni obsen kee amumani sii jamara jedhe ridin bay.e naa kolfisise mee bakka sani mura kessani naa erga wlh ira debi.e lala kolfa ture 😍😍😂😂😍😍

  • @fahadmuhamme5457
    @fahadmuhamme5457 2 года назад +1

    Ijolee qaqashati dahaa aboo risiqiin rabbii harakaa jirti ijolee ijolumaan aragachuun bay'ee baredadhaa

  • @siifaanhasan3608
    @siifaanhasan3608 2 года назад +1

    Obsinaan batii 3dituu na sorii jedhuu jalqabdee hojji kee 💞💞💞💪

  • @mariyammuhammad3653
    @mariyammuhammad3653 2 года назад +3

    As wr wb qaalii waan tiiyaa heeduu isiin jaalaadha gaaruu waa isiin dhama waan hoojaataan keesaatii raabii keesaa egaadha duuraan heeduu baareedaa jiiraataan amasii gaaraan itii fuufaa

  • @hawiibalee8632
    @hawiibalee8632 2 года назад +2

    Mashalaa tabrakaa redii qalii biyaa kotii heduu namaa tolaa obsaa qabtaa keenyaa

  • @faayyoomahammad7038
    @faayyoomahammad7038 2 года назад

    Redii mashallah garuu obsee sirii gonee ilmon qosaa tatuu

  • @getegete7187
    @getegete7187 2 года назад +1

    Kkkkkkkkkk uuuuuuuuffff irrati hojetee bishaan na busii wan dhugamuu naf fifidii 🤣🤣🤣🤣obsee hojii kee nyadhuu

  • @abdiijiraata7809
    @abdiijiraata7809 2 года назад +3

    Wowowow baayee natii namarartuu mee💓🥰

  • @حيوحيو-ح9ص
    @حيوحيو-ح9ص 2 года назад +1

    Rabii isin haa kenuu R&O ilmon qabenyaa

  • @mimi_oro1321
    @mimi_oro1321 2 года назад +1

    Ufiii mother dawalaa jedhe ridichon rabbin issin haa kennu ❤❤😘😘👏👏

    • @MameTb
      @MameTb 2 года назад +1

      Please 🙏 subscribe naf Godhii

  • @umarbaaliyyoo1924
    @umarbaaliyyoo1924 2 года назад +1

    Reedii fi obsee ww namatti toltu hujiin keessan hinjiru jabaadhaa

  • @zamzamahamdtube8473
    @zamzamahamdtube8473 2 года назад +1

    rabbiin dhugaa sif haa godhuu qalichaa baliyyoo

  • @ifrahabbastube9999
    @ifrahabbastube9999 2 года назад

    Obseeee koflan du'e bishan naf buusi hkkkkkkk woy obsicho bayye nama boharsa redinis mashaallah garu daima ni jalata fakkata

  • @hayatgamal633
    @hayatgamal633 2 года назад

    Redicho dhuga baye nati tolate masha alla masha alla masha alla masha alla rabin ilamo gari sifi haa kenu

  • @umuualiyaatube2352
    @umuualiyaatube2352 2 года назад +1

    Rabbiin wajiin umrii isiin haa dheresuu

  • @HonorliteHonorlite-kj9sg
    @HonorliteHonorlite-kj9sg 2 года назад +1

    Uuuuu rabumanii isini haa kenuu Yarabii kiyaa krnifii 💔💔❤️❤️❤️❤️❤️😢😢😢

  • @izzaddiinqaasimchannel5637
    @izzaddiinqaasimchannel5637 2 года назад +1

    Maashaa Allah

  • @yarabbinuhdabaliimuhabaara9802
    @yarabbinuhdabaliimuhabaara9802 2 года назад +2

    Mashaalaa mashaalaa mashaalaa tabarkla
    Heduu tokoo namatii tolola wolayii 💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💖💖💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝💝🌹🌹🌹🌹🌹💋💋

  • @hayatoromiyya6623
    @hayatoromiyya6623 2 года назад +3

    mashalla Allah tabarakaraman jabadhu itti fufi anafisa mat tahi ❤❤

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 2 года назад +2

    Raabbii isiniif haa kenuu dhugaa ❤

    • @metii5816
      @metii5816 2 года назад +1

      Ameeeeeen haa kenuuf insha allah 🤲🏽💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @kadegaadm9970
    @kadegaadm9970 2 года назад +1

    Jabadhaa Barnootaa of kesaa qabaa warii dhiraa kuni yeroo bayee malif yeroo Ulfaa jedhani hin aruu kkkkk obsee bareduu

  • @jariralmuhit5217
    @jariralmuhit5217 2 года назад

    Masha allah mother bilbilla ka jedhe baay'ee natti tole .

  • @metii5816
    @metii5816 2 года назад +4

    Masha allah ridicho isho bagaa gamadee 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰fatana dabarte

    • @mucajalaa8463
      @mucajalaa8463 2 года назад

      Kootuu maatii naaf ta.ii saanyii

  • @ussusjjsjx6082
    @ussusjjsjx6082 2 года назад +2

    Mashallah hojii kee nyadhu obsee😀😀

  • @Ibrahim-ee8fg
    @Ibrahim-ee8fg 2 года назад +2

    Wwwwww amuma bashaan egaltee kaa horaa bulaaa kaaa

  • @ObseeTolasaa2214
    @ObseeTolasaa2214 2 года назад +1

    Mashalaa rabbii ilamaa Obse fakkatuu isiini haa kenuu🤣🤣🥰🥰🥰🥰

  • @kadijaashootube8226
    @kadijaashootube8226 2 года назад +1

    Rabbini isini haaa keenuuu inshaa'allaa

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 2 года назад +1

    Raabbii isiinif haa kennuu ijjoolleen keenna rabbiti

  • @ساراسعيد-ب2د
    @ساراسعيد-ب2د 2 года назад +2

    Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi Mashalhi walhi jarsa gari qabda

  • @asiyaanamoo790
    @asiyaanamoo790 2 года назад +2

    Maashaaaa Allh maashaaaa Allh maashaaaa Allh maashaaaa Allh maashaaaa Allh maashaaaa Allh obssen da'mmaa garraa qabba jenanii ba'ee gammaddee wollahii Rabbin issin haa kenu inshaa Allh 💔💔💔

  • @izzaddiinqaasimchannel5637
    @izzaddiinqaasimchannel5637 2 года назад +1

    Wow hedduu gaariidha wow amazing

  • @shamarranarsiiworqii8844
    @shamarranarsiiworqii8844 2 года назад +5

    Isinii warra yothubi kuni walitti gutuu yoo feetani prankii jettanii Golli godhatu usa wanti guuta😂😂😂😂

  • @نةمةاحلن
    @نةمةاحلن 2 года назад +1

    Umma dawala.jedhe bar misikina kiyyaa redii

  • @moniiyeewelgalijii5227
    @moniiyeewelgalijii5227 2 года назад

    Waqii gurbaaanii kunii miskiinaa waq.obsee qabadhuu tolchiitii ossoo nama biratii karoraa kenyaa adaan kutee jedhee ilkkanii siraa fixaa turee😁.redi big boy.good boy🙋

  • @zubeydaazubeydaa457
    @zubeydaazubeydaa457 2 года назад +3

    Rabbiin umrii waliin isiin haa dheresuu 💖
    Homuu garaa kessaa jiran jedhee kkkkkkk rabbiin isin haa kenuu ilmaa Diin

    • @MameTb
      @MameTb 2 года назад

      Kotuu matii naf tahii

    • @oromiyatube4218
      @oromiyatube4218 2 года назад

      @@MameTb kotuu matii walii tanaa

  • @safia1290
    @safia1290 2 года назад +1

    Ilmo argachun baay'e nama gaamachisa dhugan ilmo arkaadha dhuga rabbi baay'e nama toltan.akka waani dhuga ta'e ykn akka waan ilmon tiyya taate baay'e gaamade wly misikana redicho ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹🌹😘😘🙏

    • @seenaasufiyaan907
      @seenaasufiyaan907 2 года назад

      Kkkkkkk
      Riidiii😁😁😁😁anii hoolaadhaa jettee kaa🙊🙊🤣🤣🤣🤣💪💪💪💪💪💯✔

    • @safia1290
      @safia1290 2 года назад

      @@seenaasufiyaan907 anu ee kolfee yoo ani hoolaa naa seeta 😡 jedhu 🤣🤣

  • @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
    @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 2 года назад +3

    Amaanu bishaan jetee jedhee hayii radicchio 😁😁😁😁

  • @zinatawol4373
    @zinatawol4373 2 года назад +3

    rabbiin oftii hin dalasisin ilmon kenaa rabbitii 😢🥰

  • @zaalikaumar2618
    @zaalikaumar2618 2 года назад +1

    obsee anii waa lamaa sitti aree tokko isaa badhee galaa jiruu lafaa olii katee nagayaa gafachuu dhabuu kee isaa itti anuu harkaa bitanii maa keniitahfi ???????
    Rabii isaa dhugaa siif haa kenuu😘😘😘😘😘😘

  • @hayatabdi6587
    @hayatabdi6587 2 года назад +2

    Maasha allah rabbiin isiniif haa kennu

  • @reyanmuhamad6462
    @reyanmuhamad6462 2 года назад +1

    Rabbin isinii haa kenuu inshaa allah abashiruu 🤗🤗🤗🥰🥰🥰

  • @jamilamohamed9002
    @jamilamohamed9002 2 года назад +1

    Obsee jabduu itaalaa bagaa irraa kafalatee jabduu tenyaa ridishaa rabbin ilmaa sii fakkatuu sii haa kenuu

  • @annukkaabaddeessaa1899
    @annukkaabaddeessaa1899 2 года назад +1

    Usii waan dhudhugan kennif redichoo 😁😄

  • @محاربمحارب-غ5ق
    @محاربمحارب-غ5ق 2 года назад +1

    Mashaa allah sirra bareede wide koo 😘😘

  • @fatumaanuguse122
    @fatumaanuguse122 2 года назад

    Mashaa Allah heduu natii tolaa prank rabbii inifii ha kenuu ilmoo keyrii 🤱👨‍👩‍👧

  • @mujeemahamad4478
    @mujeemahamad4478 2 года назад +3

    Masha Allah

  • @badriyaakedri1228
    @badriyaakedri1228 2 года назад

    Bardduuwani koo rabbii isinifi haa kennuu

  • @dureettiawwal2713
    @dureettiawwal2713 2 года назад +2

    Hojii. Kee. Nyadhuu obsee. Kkkkkkk. Bayyee. Namatii. tolaa

  • @zabibamuhmad7091
    @zabibamuhmad7091 2 года назад +1

    Walahi isin jaladhaa mashaalla ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈👈👈

  • @maruuburtee5212
    @maruuburtee5212 2 года назад +1

    Maashaa allaah
    Mee maatii naaf ta'aa please

  • @Maarii.bint.Aliyii
    @Maarii.bint.Aliyii 2 года назад

    Wowow mashaa Allah Dhugaa Rabbii Heduu Takkaa Namattii Toltaan Obsee Bagaa ittii Cabsitee Ridii Arraa Nyadhamtee Jajabadhuu horaa bulaa waliin Isiin haa Turrsiisuu ✌

  • @bultumtv
    @bultumtv 2 года назад +3

    Jabadhu bro

  • @uaeuae1622
    @uaeuae1622 2 года назад +1

    Aswrwb Dhugaa ketii qalii Namaa jiradhaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa nuuhuu mashaallahaa umrii dherdhaa Rabbin isini haa kenuhuu ilmoo inshaallaahaa 💞💞💔❤❤😍👨‍👩‍👧‍👧

  • @badriaabdullah1044
    @badriaabdullah1044 2 года назад +2

    Mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah tabarakallah tabarakallah tabarakallah rabbi sifi haa kennuu inshaallah ♥ obsee koo ♥ jiradhaa

  • @abdihaji8447
    @abdihaji8447 2 года назад +1

    Rabbiin Guddaan Ilma Hikmaa Isiniif Haa Kennu Inshaa Allaah

    • @metii5816
      @metii5816 2 года назад +1

      Ameen haa kennuf insha allah ijolle kana laman heduun jaladha rabii ijolle imana qabdu insha allah yeroo dhiyoti haa kennuf💞💞💞💞💞🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽

  • @ffaf126
    @ffaf126 2 года назад

    Kiyaan maa ara silaa😄😄😄ulfayii obsee daimaa wani gayuu hin jiruu wly anuu ilmoo hawee (J) kotuu nara fagatee malee😭😭😭

  • @zabibatube3190
    @zabibatube3190 2 года назад +3

    Yaa oromo matti naaf ta,aa galatoomaa🥰🥰🥰

    • @maruuburtee5212
      @maruuburtee5212 2 года назад

      Atis maatii naaf ta'i anis siif ta'eeraa

  • @duretkasib1589
    @duretkasib1589 2 года назад +1

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣 amaanuu jaamartee jedhee reediin 😂😂😂😂 woyyoo garaa kiyaa