Durbummaa qaba, garuu Yeroon wal qunnamtii saalaa godhu hin dhiigne! Hiriyaankos ana dhiise

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 21 окт 2024

Комментарии • 429

  • @bontuu.shashe3535
    @bontuu.shashe3535 2 года назад +13

    Bagaa naghani jiratte dr kenna. Anii Durbumma. Kiyya qabadhe taa. Hin dhigaa fi hin dhiguu RABBI bekaa yaa doctor.

  • @jiruunabjuutatee
    @jiruunabjuutatee 2 года назад +86

    Ya naaf yaadi koo kun waan jireenya koo digeedha 😭😭😭 an nama gafachus salfadheen hangaa amma anaaf Rabbin qofatu qabatee jira waan kana 💔💔💔

    • @leensaatube6254
      @leensaatube6254 2 года назад +1

      Miskinaa too abshir

    • @meskiioromo8300
      @meskiioromo8300 2 года назад +1

      Abshiir Hadho ko😢💔

    • @badhaatuukadir6771
      @badhaatuukadir6771 2 года назад +1

      😭😭😭💔☝️👈

    • @biftuu4119
      @biftuu4119 2 года назад +5

      Anis akumaa kee kanaa taee giftikoo
      Abishiriiii kuno amaa adani baafanera Alhamdulila
      Bagaa nuu ofii benee maale kani biraa rakoo qabuu Alhamdulila Rabisi nubeka 😭😭😭😭🙏🤲🤲🤲

    • @khadeejashukare3321
      @khadeejashukare3321 2 года назад +2

      Si bicha mit oboleti koo Aans mudate woni kuni

  • @madinaintalaxiqii5488
    @madinaintalaxiqii5488 2 года назад +4

    Gaaffii kiyya hojii irra olchuu keetif galatomi Dr.Naf🥰🥰🥰

  • @zafiraniisak2439
    @zafiraniisak2439 2 года назад +4

    anillee Isa maleen dhaladhe jedhaan turee bayyee galatomii Dr Kenya rabbiin umurii ke hadheressuu jabadhu❤️❤️🌹

  • @misssass4058
    @misssass4058 2 года назад +5

    Dr dhugaaa senaaa kotiii anii dhiraaa biroo Hin bekuu garuu NAA Hin dhigeneee yeroo marayuuu gafiii natii ta'aa

  • @zamzam-ze9lb
    @zamzam-ze9lb 2 года назад +2

    Gallaatomaa Dr Nafyad jabaadhaa raabbiii isni haa gargaruuu waan baay'ee isnii Irraa baradhee ❤️💚❤️💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻

  • @lamesashumena7397
    @lamesashumena7397 7 месяцев назад +1

    Thank Dr Nafyad

  • @AhmedAlshamsi-n2h
    @AhmedAlshamsi-n2h 2 месяца назад +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jechoni kee bayee barumsaa qabaa qabaa nuf jiradhuu

  • @geexiiorotube6996
    @geexiiorotube6996 2 года назад +14

    Dhugaa waan kanaan nama bayy,eetu itti midhaama jira nama barumsaa hin qabnee biraati akka nannoo keenyatti yoo durbummaa hin qabnee nama galchuu gaafa maallis yoo galchus baata hin jaalatan waariif abbaan waaras 😭😭
    Maati naaf ta,a lammii koo qaaliiwwan koo maloo

  • @SIMBOOTUBE
    @SIMBOOTUBE 2 года назад +2

    Barumsa garidha.Dr keenaa .pls share like naaf godha waali gargaru adda kenamire💕💕🙏

    • @afrenierdapo1351
      @afrenierdapo1351 2 года назад

      Woli anile gafa gaila kiyya dhiga garre ani of nama tokoti dhiyyadhe beku 😭😭😭😭

  • @SenaaGaromsa-jj9mo
    @SenaaGaromsa-jj9mo 8 месяцев назад +1

    Dhugaa waqayyoo nufi jiradhuu atii maloo waraa dhiraa huu hubachisii anaa dhugadhaa bayyee bayyee gafi natii ta'ee jiraa galatomii ❤❤❤❤❤

  • @Dinke-l1i
    @Dinke-l1i 9 дней назад

    Galatoomi nuuf jiraadhu Dr

  • @ebiseajema8052
    @ebiseajema8052 2 года назад +2

    Galatoomi Dr Nafyad!💙

  • @hawiihawii3439
    @hawiihawii3439 2 года назад +2

    dhugaa gafini kunii baguma gafatamee ciniqii samu nutii ta'e Anuu Nama gafadhu salifadhe baya'e dhiipachani turee😭😭 Dr Nafiyad Galatomii💘💘

  • @SaadiyaaMuhammadMuhammad
    @SaadiyaaMuhammadMuhammad 7 месяцев назад

    Galatoooom Doktor barumsa baayyee sirraa argadhe

  • @fgffgfg6467
    @fgffgfg6467 2 года назад +1

    Dhugadha brother kunii nama tokko tokkoo hin argaama dhugaa waaqayyoo anii waantii akkasii naa mudatee akkumaa nama herumee yeroon isaa waajjiin ciisuu hin dhabamee achii immoo nama biraa waajjiin ciiftee naan jeedhe achiin anii immoo baay'ee atii dhaga'amee isaarras addaa banee garu anii hamma arabaan jiraa Dubai gaalata waaqayyoo

  • @imimmaanoromootube505
    @imimmaanoromootube505 2 года назад +6

    Maatii naafii ta.aa oromoo koo😍💞

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад +1

      Hy Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

    • @SIMBOOTUBE
      @SIMBOOTUBE 2 года назад

      Kotu

  • @aminastars7436
    @aminastars7436 2 года назад +2

    masha allha Dr

  • @addoyye
    @addoyye 2 года назад +4

    Welcome Dr koo 😍
    Asi irrati gafii qaba ani
    Dhiirii tokko dubarti durbumma qabduu beekuf dhiigsuu qaba?
    Yoo dhiiga tate guyya laguu xumura wajji ciisani Durbumma fudhe akka jedhu ka😋😜

    • @geexiiorotube6996
      @geexiiorotube6996 2 года назад +2

      Kkkkkkk kolfan du, e subscribe naaf godhii sanyii koo

    • @obseekennaa3861
      @obseekennaa3861 2 года назад

      😆😆😆😆😆😆😆

    • @saracalchida7918
      @saracalchida7918 2 года назад

      Maaloo mee naati hima ijoo durbaam yoo qabtani harimi nama hin jabata moo hin jabatuu?????pls

  • @ayantuabdela3039
    @ayantuabdela3039 2 года назад +2

    Ulfaadhu Dr kun waan jirenya koo balleeesedha wagaa dheeraa booda garuu ufumaa kotii psychological of yaalee amma xinnoo fooyyee qabaa dhimma kanaan kan miidhaman heddu waan ta'anif hubannoo baldhaa kennii

  • @oromumamidhagumadha2239
    @oromumamidhagumadha2239 2 года назад +2

    Nuuf jiradhuu Dr😍

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Orokoo Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @MucooSaadiq
    @MucooSaadiq 6 месяцев назад +1

    Galatoomi Dr

  • @mergemulatu7820
    @mergemulatu7820 2 года назад +1

    Baga nagaan dhuftan Dr nuuf jiraadhaa❤

  • @HasenShambel
    @HasenShambel 4 месяца назад

    Dr it veru thanks

  • @bdreiabdreia6785
    @bdreiabdreia6785 2 года назад

    Waan garidhaa jabadhuu
    Kodee koo

  • @MistooLolo
    @MistooLolo Месяц назад

    Uuu deebi'an argadhee anillee cinqaati sammuu natti ta'ee kan hafee kabajamii Dr nafyad

  • @AyenoGemada
    @AyenoGemada 4 месяца назад +1

    Dr marsaa laguu guyyaa 21_35 tokko tokkoon nuu ibsaa akka ulfi hin uumamneef Wal qunnamtiin saalaa yoom yoo raawwatame gaariidha.

  • @ماهرالسيدالسيد-ت5ك
    @ماهرالسيدالسيد-ت5ك 2 месяца назад

    Galatomii Dr Anis akkanaan ta, ee garuu amma na boqodhee

  • @bontuu.shashe3535
    @bontuu.shashe3535 2 года назад +2

    YOO. Hojii Arabaa irra haftee nii dhigdda Durbumma koo

  • @redifnenusoromiyaa3077
    @redifnenusoromiyaa3077 2 года назад

    Galatoomi Dr barnoota garii namaaf goodaa🥰🥰🥰🥰🥰

  • @BiftuJira
    @BiftuJira 5 месяцев назад

    Hy doctor nagaa kessanii yeroo durbumman baduu nii gagabumo?

  • @keriyadessalegn2549
    @keriyadessalegn2549 2 года назад +5

    Yaa Rabbii naa olchii gafaa kan kiyyaa 🤲🤲🤲

  • @MandoWare
    @MandoWare 5 месяцев назад

    JIRAADHAA DR

  • @SanyiiOromoOromticha
    @SanyiiOromoOromticha 2 месяца назад

    Galatoomaa doocter Anis gaafan warrakoo fuudhe baayyee nanjaalladhen garuu isheenis takkaa nama jaalladhee beeku naanjette kakatti yeroo baayyee ana garuu gaaffii natti taha dhugaa Hoon jedhe Kun maafnasobdi jedheen yaada yeroo hundumaa gaaffii natti taha anas baayyee tokko naaf amanamtis garuummoo essattiyyuun shakku Ani waan baayyee isinirraa Barre nuufjiraadhaa Doctor ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @keenyawaaqa2647
    @keenyawaaqa2647 2 года назад +2

    Dr Baay'ee Gallatomii kun jireenyaa koof sammuu koo baay'ee kan jeeqedha.anis yeroo jalqabaaf Abbaa mana koo birran gahee garuu qaamni koo hin dhiignee kanaaf hin soobda Durbummaa hin qabduu nan jedhe.hangaa haraatti illee atti icciitti na dhoksitee qabdaa Durbummaa kee iyyuuf laate natti himii nan jedha.garuu ana fii inni Mucaa tokko waliin qabna garuu ammayyuu enyuu maaf latte Durbummaa kee nan jedha yeroo tokko tokkoo.ani ana qofaan se'eem Dr har'aa Sammuun koo boqonnaa argaate Gallatomii Dr.

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Hy Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta9021 2 года назад +2

    bagaa nagaa dhufatee atti jabadhuu nu jiradhuu qaalii keenyaa baay'ee galatomii atti 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bisra7025
    @bisra7025 2 года назад

    Galatoomi Dr kenyaa qali nama

  • @mitikeeasaffaa9881
    @mitikeeasaffaa9881 2 года назад +2

    Dhugaa waqayoo anaa wantii akkasi naa mudateraa anii imoo durbumaa malee dhaladhee jedhee itii dhiphadhee dhisee waq harra garuu argadhee galtomii docter naf yadii👌👌👌👏👏👏👏

  • @hitechhitech7697
    @hitechhitech7697 2 года назад +1

    Dhugaa ketii

  • @AsratBekuma-q1u
    @AsratBekuma-q1u 11 месяцев назад

    Thanks ❤

  • @fuaetajuu11
    @fuaetajuu11 2 года назад +1

    Dr yeroo baayee sukkumuun jaaladha kun hoo midhaa akkami qaba

  • @fahedalad2435
    @fahedalad2435 2 года назад

    Anaa namudatee Dr dhugaa bayeen gafii natii tayee Afee bayeen jeqamee

    • @simboruda8105
      @simboruda8105 8 месяцев назад

      Uuuuuuu kuni gaafi koti dhugaa

  • @edaoamano1461
    @edaoamano1461 2 года назад

    Hojjii gaarii hojjachaa jirtaa jabaadhu.

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Edao Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @makioroyoutube4879
    @makioroyoutube4879 2 года назад

    Dr galaatomi waani yeroo bayyee gafii naa te'ee jiruu

  • @halima1294
    @halima1294 Год назад

    Gaaltomii dr nafiyad getu❤❤❤❤

  • @caaltuunasir6556
    @caaltuunasir6556 2 года назад +1

    Hi Dr mee qorichaa finnisaa ykn bugurii kilinikaatti argamuu danda.uu nuf maxxansamee yeroo bayye singafachaa turee garuu deebi hin argannee

  • @MD-jd2lp
    @MD-jd2lp 2 года назад +1

    Mashalla Allah ❤

  • @jakojohn2349
    @jakojohn2349 Год назад +4

    Amma kun hundii hin dhignee jeedha mee dhugumaa moo isaa lamaata dhigu dide jechaa jiru lata😂😂😂

  • @HameedaJordan
    @HameedaJordan 11 месяцев назад

    Thanks

  • @ratnakumar6599
    @ratnakumar6599 2 года назад

    Galatomii Dr Nafyad Geetuu barumaa waan baa.yee namaa hubachisa..a

  • @kidsvp1807
    @kidsvp1807 2 года назад +6

    Oromoo maati naaf ta'a. Galatomaa 💕

  • @burtuganbur6453
    @burtuganbur6453 2 года назад +1

    Well come Dr🙋‍♂️🥰🥰

  • @ashebirmekonnen7358
    @ashebirmekonnen7358 2 года назад

    Jabaadhu Doc.

  • @radiyahboshra4347
    @radiyahboshra4347 2 года назад

    Anaa dhufuu Dr nafiyadi 😍🌹🌹🌹💞💞💞❤❤

    • @wanofiiTube5078
      @wanofiiTube5078 2 года назад

      Matii Naf Ta'i Lubbuu Qalii 😘😍😍

  • @AbdiKasim-y8q
    @AbdiKasim-y8q 7 дней назад

    Dr wanti akkasi hedduu jira

  • @ChrriJanet
    @ChrriJanet 8 месяцев назад

    Galatoomi brother jechi kee wanta baay'ee nama hubachiisa nuuf jiraadhu❤❤❤😂😂😂

  • @EbanegaEba12
    @EbanegaEba12 24 дня назад

    Galatooma Dr

  • @sifaanabdii3701
    @sifaanabdii3701 2 года назад

    Thank dr nice yes more girl

  • @mafidide
    @mafidide Год назад

    Dhugaa dr namaa bayetuu wonotaa akkan kan kani mudamee jirudhaa

  • @rahimatube4768
    @rahimatube4768 2 года назад

    Dr nafi yadii anii kalee naa dhukubaa lakofsaa kee naa ergi

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba 7 месяцев назад

    Ebbifamii

  • @gadisejitu3304
    @gadisejitu3304 2 года назад

    Thank you doctor

  • @getuchala1522
    @getuchala1522 2 года назад +1

    Barumsa gaariidha....garuu shamarroonni baay'een dogogoranii booda, abbaa manaa isaanii isa sirrii waliin saal-qunnaamtii yeroo godhan, hin dhiigne malee an nama hin beeku kan jedhan jiru.....akkamitti dhukkubbiin illee isaanitti hin dhagaahamu qoy ?.

  • @Hab-ex4ks
    @Hab-ex4ks 6 месяцев назад

    Doctor akkam jirtu fayyadha naganko bakka jirtanitti isin hadhaqabu

  • @hinsenegeleta633
    @hinsenegeleta633 Год назад +1

    Yaadni kee ta'uu danda'aa garuu dubartoonni yaada kanaa qabatanii akka nu hin gowwoomsine

  • @daniifkada5914
    @daniifkada5914 2 года назад

    Dr Naafyad guddaa gltomi kun waan jallalee koo dukaa adaan nuu basuuf ka'eedha

  • @hawasulaiman6365
    @hawasulaiman6365 Год назад

    Mashallaa dhugaa ❤❤❤❤

  • @bareduabesha5887
    @bareduabesha5887 2 года назад

    Gallatomii Dr Keenna

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Bareduukoo Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @almaz1560
    @almaz1560 2 года назад +4

    Anis kanumatuu namudate 😭😭😭hiriyaan koo kanan wagga 3waliin jiranne hanga wagga 3 kana waliin jirachaa turre gafaa waliin walqunnamti salaa waliin gagessinu dhigni tokko hinjiru 😭😭😭😭ani garuu dhiraa bira hin bekuu isa malee 😭😭😭innimo na amanuu dadhabee nadhisee sokkee 😭😭😭😭😭kakadhelle gonkuma na amanu hindandenyee 😭😭😭😭

    • @jamesorokush6110
      @jamesorokush6110 2 года назад +1

      😭😭😭😭😭

    • @tokumatubehm
      @tokumatubehm 2 года назад +1

      Abshiruu hadhokoo😍😍

    • @yeshiifeyyissa1106
      @yeshiifeyyissa1106 2 года назад +2

      Anis mudanoo kana qabaa garuu hiriyaan koo anii kan Barbaduu dhigaa osoo tanee amanamumaa ketii jechuun jirenyaa kenyaa ittii egalee thks bf koo

  • @senitube8317
    @senitube8317 2 года назад

    Dr koo qalii kenya😍😘😘

  • @TamraKadir
    @TamraKadir 3 месяца назад

  • @sanayityoutube1640
    @sanayityoutube1640 2 года назад +1

    dhugaa kiyyaa hin dhiginee garuu durbummaa hin qabaduu naa jedhee abbaa mana ko amaa garagaraa banee jiraa

  • @Hirphabekele
    @Hirphabekele 5 месяцев назад

    Exactly

  • @SalihatZakir
    @SalihatZakir 22 дня назад

    ❤❤❤❤

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 2 года назад +2

    Maloo waraa dhiraa nuf hubachiisa siiritti Dr dhugaa

  • @tesfayetolossa7194
    @tesfayetolossa7194 2 года назад

    Jabaadhuu sanyii wan gariidha.

  • @loomishow265
    @loomishow265 2 года назад +1

    Well come back Dr

  • @AyantuOro-l8n
    @AyantuOro-l8n 3 месяца назад

    Sirriidha Dr

  • @oromiyaatube9887
    @oromiyaatube9887 2 года назад

    Nuf jiradhuu dr kenyaa galatomaa

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Sadiya Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @FetyaAmin
    @FetyaAmin Год назад

    Doktar dhifamaa wojjin dhignii xiqoon bahuu sun durbummaatuu badee jechudhaa mo malii ?

  • @rahelmosisa48
    @rahelmosisa48 2 года назад

    Baye garidha 👍👍❤ ❤

  • @keriyyeebintiislami1495
    @keriyyeebintiislami1495 2 года назад

    Anni ufii sodadhe yaa rabbii naa basii kaa 🤭🤭Dr yoo dubrumaa hin jire harmi hin jabata moo ni lafataa🙈🙈

  • @dawitwakenekabata282
    @dawitwakenekabata282 2 года назад +1

    Anaaniis na muudateera garuu,yoo qamnii dubartii dhiguu diidee durbummaa hin qabduu jechuu miiti,dubartiin durbummaa qabduu yoo qamniishee dhiipha ta'ee ykn qamnii dhiira seenu diidu ta'ee durbummaa qabdii jechuu dandeenya dirqamaa dhiigu qabaa Jenne sammuu keenya amansiisuu hin qabnuu jedha gltmaa doctor komeentii kiiyya irraattii yaada naf keessan egaa.!

  • @takititiya8391
    @takititiya8391 2 года назад

    Dr seensa waan adda sii ibsu wayi godhu male.
    Kan hafeef sin jalladha💕

    • @nahisenkoo7109
      @nahisenkoo7109 2 года назад

      Takiti Chanalii #Nan_Tube Isa Liinkii Gadiitiin jiruTuqiiti Matii Naaf Ta'i Haadhookoo Bayyee Jaallatta.. 😘👇
      ruclips.net/channel/UCX-Iy6GEP3WGFtUTCIGajNw

  • @FaaisaCali-o3k
    @FaaisaCali-o3k 4 месяца назад

    🥰🥰🥰🥰

  • @muslimqalbiitube1885
    @muslimqalbiitube1885 2 года назад

    Dr welcome

    • @nantube1207
      @nantube1207 2 года назад

      Hy Habte Yoo Sitti Tole Maatii Naaf Ta'i Hadhookoo maaloo bayyee Jaallatta 😘
      Galatoomi

  • @halemahanan420
    @halemahanan420 5 месяцев назад

    Docker baayee galatomi kun dhukkubi sammuu waan natti umeedha

  • @FG-wl7yy
    @FG-wl7yy 4 месяца назад

    Barnoota Gaaridha itti fufi dr

  • @derartuuabdela3322
    @derartuuabdela3322 Год назад

    Pls durbumaa wogaa15 bodaa ofumaa badaa jedhuu sobaa moo dhugaa Dr nufii debisaa ofii baduu nii dadaa maa

  • @FerdousTamam-vn1ky
    @FerdousTamam-vn1ky 3 месяца назад

    Wayen vidiyo kana anafis gafi ture dr hora bulaa jiradha wagaa1000

  • @temesgentegegne2980
    @temesgentegegne2980 2 года назад

    Dr Galatoomi

  • @AliimeeShafii
    @AliimeeShafii Месяц назад

    Dr adaraa akkamitti lakkofsake bafadha😢😢😢😢 bayyen sitti hajomaa😢😢😢 pills🙏🙏🙏

  • @kookettii1938
    @kookettii1938 2 года назад +2

    Dr galatoma wanti kuni Ani mudate jira j hin qabaduu naa jedhani Ani garu Dhira bira wajjii waliti dhufenyaa godhe hin bekkuu Abba mana koti allati inni garu hin jiru naa jedha bay'e ofiti gaddi debi dhabe itti dhisi 😭🙏

    • @geexiiorotube6996
      @geexiiorotube6996 2 года назад

      Lubbuu waan hundaa waaqatu uume hin gaddin maati naaf ta, I lubbuu

    • @debimedia9974
      @debimedia9974 2 года назад

      haadhookoo maatii naaf ta'i

  • @loomishow265
    @loomishow265 2 года назад

    Galatooma Dr barumsaa gaarii

  • @abduulazizabduulaziz9966
    @abduulazizabduulaziz9966 2 года назад +1

    Dhugaa heddu glt dr kenya anas waan akkana naa quname jira garuu jarsii koo dura wol qunamti rawadhe hin beku dhiiga xiqqo naa kessa bahe jarsii koo durbuma hin qabdu naan jedha😭😭😭😭

    • @wanofiiTube5078
      @wanofiiTube5078 2 года назад

      Matii Naf Ta'i Lubbuu Qalii 😍😘😘

  • @DhdhDhdh-o1b
    @DhdhDhdh-o1b 7 месяцев назад

    ❤❤❤ok kun wanuma dhugadha ❤❤❤❤

  • @AberaAlemu-u2i
    @AberaAlemu-u2i 8 месяцев назад

    Dr durbumaa nan qaba hin dhiguu haa jedhanifi

  • @yasinmomed189
    @yasinmomed189 2 года назад

    Dr sabaaf yaad geetuu ❤️💚❤️🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dagimuna9968
    @dagimuna9968 2 года назад

    Welcome

  • @milkytube6407
    @milkytube6407 2 года назад

    Umri dheerraadhuu dr kena