Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Yeroo hundaa yoo dhageeffacha olani Farfannaa hinquufamne! sagaaleen Lachuusani lubbuu nama hareessa! Waqayyoo barasaanni haa ebbisu!
Kuni ijoolleef iddoo kennuudha. daa'immaniif jajjabina guddaa ta'a. Hojii akkasii irratti yoo xiyyeeffattan dhaloota boorii baasuu keessatti shoora olaanaa taphata. eebbifami yaadee, eebbifamaa.
Ameeeen ameeeen Eebbiifama dachaa dachaa ayyaanni isaa ammale isinif haa dabalamu ❤❤❤❤
Guddadhu Ayyaanni dachaa siif haa baay'atu
Yaadookoo inni kenna godhe si nuuf kenne gooftaan haa eebbifami. Feenuukoo atis nuuf guddadhu; Itti eebbifameera; jabaadhaa!
Baay'ee namatti tola farfannaa onnee nama tuquudha .Yaado waaqayyoon isn haa eebbisu jabaadha isin waliin jirra!!!
wow,wow,wow,Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu❤❤❤❤
Mo,ichan na gaggeessa malee nan qaneessu inni diina duraati ameeeen waaqayyo bara keessani haa ebbisu
Ilma keen wal argitee jirta Mootii Weedduu fi walaloo Far. Yaadoo! Inni kun Leenca si booddee dhufudha. Amma iddoo gaarii jira si cinaa! Harka kee jala. Jabeessi qabi, inni kun korma ta'a! Abdiitu irra jira. Hedduu eegganna! nuuf qabii guddisi. Dirqamni akkasii guddaadha. Waaqayyo si haa gargaaru! Atis Umurii guutuu nu gidduu buli! Ameen! waaqayyoo Gooftaan Addunyaa yesuus kiristoos Gooftaadha! Horii buli!
Gooftaa dhaa gaditti yaaliin isin ijjoollee haa'r'aa guddisuuf taasiftan salphaa miti. EEBBIFAMAA
Uuuffffeeeee AMEEEN AMEEEEN AMEEEN 🙏❤️❤️ Yaadoo koo faruu kee baay’een jaaladhaa isiin lemaanuu eebbifamaa eebbifamaa 🙏❤️❤️❤️❤️
Wow! What a sweet song, I don't understand but I felt that is a gospel song
ስታምሩ አሜን አሜን ሀሹ ደስ አለኝ ተባርኩ ጻጋቹ የበዛ ይሁን ❤✝️🛐👈👌🔥🔥🥰
Ebbiffama dachadhaan maqaa yesuus kristos qaxalee wan koo
wow yaadoo guddaa eebbifami dhugaa waaqayyo dachaadhaan si haa eebbisumucaa kanammoo bareechitee kununsitee akka guddistu nan amana!
የኔ ቤቢዬ ተባረክ የሰለሞን ምትክ ነህ እሱም እንደ አንተዉ ልጅነቱን ለእግዚአብሔር ሰጥቶ እስከአሁን በቤቱ ፀንቶ እየኖረ ነዉ።
Uuffee nu guddadha ❤❤😊😊
Yanii kee anaaraa jiraa ameen ameen ebifaamaa waqaayoo isinaa ebisuu 🙏
Big love ❤❤❤
Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifama ebifama dacha ijoolee goftaa ko👏 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawwoo dhuguma dubbachuuf baay'een waaqayyoon nan galateeffadha waayee keessaniif nuuf eebbifamaa eebbifamtoota qomoo gooftaa ayyaanniif eebbi dhuma hin qabne isin gubbaatti dachaan daddabalee haa baay'atu ulfaadhaa ijoollee gooftaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhaa!!!
Farfannaa yaanniikee anarra jira jedhu kana bayyen jallaadha yaadesakoo waqayyoo si ha eebbisuu jabaadhu farfannaa babareedha qabdaa jabaadhu maaloo yoo sif danda"ame faarsakee isa yaanniikee anarra jira jedhu kana irraa debiyyi nuuf farfaadhu ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤
Wow yaadoo & Feenan💕💕💕💕
Waaaw qaxalewaan ijolee kakuu yadoo waqayyumtii baraa kee haa ebisuu ebifamiiiii dhugaa bayyee tokkoo namatii tolaa mucaan kunii bayyee tokkoo namararaa jabessaa sirrii umnaa afurichaa nuf haa gudatuu waqayyo kennaa isaaf kennetii dachaa haa bayisuf❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaawwwoo uuùuuffeee gooftaan bara keessan yaa eebbisuu Yaade $ Feenan👏👏👏👏👏👏❤❤
Mucaa nuf jajabesa dhalota heduutu etti ebifamuf ta'a❤❤❤
AMEEENAMEEN Hamma handara lafati hahahaAni dhugaa baatuu gooftaa ti..........❤❤❤❤❤❤❤❤Eebifaaa Yaado&Fenan🙏🥰🥰🥰🔥🔥
waaqayyoo haa guddisuu dhaloota keenya dhugaa maal namatti toltu dhugaa jabaadha
Waqayyoo isiin haa ebbisuu ebbifaamaa dachaa dhaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameen! Akkam namatti tolaa dhugaa?! Yaadooko eebbifami! Mucaa kanas kununsaa, ayyaana Waaqayyo keessatti akka guddatu jajjabeessaa ammallee!
Waqaayyoo baraaf jirenyaa keessaan haa Ebbisuu ebbifaamaa 🙏 ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Woow yaado eebbifamii hojiin kun ittuma haa fufu ati fakkeenya dhalootatti Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa kaa❤🙏🏻
Wooow wow wow wow uuuuuuuffffeeeee ulfadhuu uumaa koo ebifamaa Qaxaleewwan ijjoollee WAAQQAYYOO ❤❤❤❤
Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚
Hanga dhumaatti itti chaappefami!! Guddadhu! Ashuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu! Wangeelli Keenya ammas nama qaba!!
Eebbifami Yaado❤ Akkasittiin ijoollee kiristoos keessatti qaruuf guddisuunkee gatii guddaa siif qaba❤
Ebifaamaaa ayaanaa isinniif haa baayisuuu feenuu koo uffiiiii nuuf guddadhuu
Waawuu Yaadookoo eebbifami yaadnikee anara jira
Wowww ❤❤ Amen gudadhu
Woowwww fffffff Ameeeen Ameeeen Ameeeen hebifamaa saba waqaayyoo 🙏🥰🥰
Ebbifamaa ❤❤❤
Maqaa iyesusin dhugaa Waaqayyoo bayee namati toltuu isini haa ebbisu ebifama dacha dachadhani fenani simotuu Waaqayyoo sii guddisuu❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊
❤❤❤❤❤❤wowww blessed you 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤😮😮
Wawwuuu ameeeeeen ameeeeeen ebifama ijjollee kakuuu 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰
Ameeni goftani isani ha ebbsiu bari jirenyaa keessani mana eyesusi keessa hatu🙏🙏🙏🙏
Eebbifami yaadookoo daa'ima kana illee sagaleekee akka sagalee kiilolee sana nuuf dhaalchiftee eebbifami eebbifamaa hojii keessaniif
Wwwooww yadoo🎉❤ eebbifamaa ufee
Woow ebifama ayyaani gooftaa kanuma caalaa sinifaa baayatuu❤❤❤❤❤❤
የእግዚአብሄር ቅባት የገባው እንደዚህ የተባረከ ዘማሪ ሳይሰስት ዘር ይዘራል መታደል ነው
Woow Eebbifamaa Eebbifamaa 😍😍😍❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤
Eebbifamii yaado keenya waaqayyo bara keessaan haa eebbisuu❤❤❤
Wooooow Eebbifamaaa Ijoollee WaaqayyooNuuf jiraadhaaa
Wow Yaado baga gammadde dibatikee dhaloota haaraa biqilche Waaqayyoof kaase waan ta’eef baga kana argite ulfinni isaammoo kan Waaqayyoo keenyaati.🙌
Waaqayyoo isin haa eebbisu ajja'iba nama waaqayyoo yaada isa irra kayyaate maltu danqa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wowow sagaleen qaxaa jedheema walitti galee❤
Uuffee Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamaa dachaa dachaadhaan 🙏🙏🙏🙏💯💯
😲 baayyee ajaa'iba Fenan ❤❤❤so amazing soud bareedaakoo
Wow bayye barredadhaa❤
Ameeen Ameeen Ameeen uuuuffeeee Eebbifamaa Eebbifamaa Guddadhu mucaa dibata, sagalen siin fakkata mucaan kun Yaaddo Kenya
Wow Ebbiifamaa waqayyoo baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu Ebbiifamaa ❤️❤❤❤❤❤
ደስ ይለል ልጅ የአበትን መንገድ ስከተል ደሞ የአበትዮን መዝሙር በጠም ነዉ የምወደዉ ቋንቋ ግን አለዉቅም
Uuuuuuffffeeekaa eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyooni ayyana ISSA issnifi haa dabaluu ebbifamaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰
Woww Amenn Amenn Halle luyyah Iililililililililililililililili dacha dachaan nuuf Eebbifaama barbadamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamaa dachaa sina ebbisu goftaan
Wow መስማት ማቆምአቃተኝ ውይ የሚያረሰርስ መዝሙር የኔውድ ያባቴ ልጆች ጌታ አብዝቶ ይባርካችሁ 🙌🙌🙌🙌🙌🙌 የኔ ሚጢጢ መዝሙሩን እራሱ በዚልክ መረዳቱ የውነት በጣም ነው የገረመኝ የሚገርም መልክት ነው ጌታ ዘመናቹን ይባርክልኝ 😘😘😘😘😘😘😘 በጣም ነው የወድኳችሁ ።ሌላም መዝሙር አብሮክ ይዘምር!! Ebbifaama 🙌🙌🙌🙌🙌🙌
ትንሹ ልጅ እኮ ዘሜር ነዉ እኮ የረሱመዝሙር አለዉ❤
Haleeluuyaaa Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuuufffffffff ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ebbiifaamaa waqayyoo siin ebbiisuu qaxaalee wan koo 😊😊😊😊😊😊
Ameeeeen uuuffeeeee Ameeeeen ebifamaaaa👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻❤️❤️❤️❤️
uuuuuf dhugadha yaddi kee anarraa jiraa amen
Wwwww Ebbifamma ijolee waqayyoo👍🙏🙏❤❤
Ameeeen ameeeen ameeeen ebbiifaama barii keessa haa ebbiiffamuu ❤❤❤❤❤❤
Amen yadni ke anaraa jiraaa gofta koo ulfadhu kaàa
Well Come Yadoo keenyaa Wawoo Amazing! Ebifama Ebifama ❤
Yaadoo farfannaan kee Hundumaatti isaa hedduu namatti tola Eebbifamaa Leencakoo
Thank you ❤❤ dhugaa namatti tola yaadoo jabaadhaa
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤❤
ammmeen ammeeen ammeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Eebbiifamaa dhaca dhacaw
Wow ebifami dachaa dachan yadookoo ❤❤❤
Ebbifami Yadoo dhaloota itti Guddissa jirta❤❤❤
sagaagaltichaa walakkaasaa isa jedhummoo yoom faarfatta
Ameen ebbifama Yadoo waqaayyoo bagaa siin nuf keene ❤❤❤❤❤
Wowwww AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN EBBIFAMAA ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
''yaadni kee ana irra jira'' osoo jedhamee gaariidha eebbifami yaadoo dhaloota of jalatti guddisuun akkasi.
Wwwww Ameeeeeen ameeeeeen Ameeen Ameeen ebifamaa❤❤❤❤❤
Wow ebbifamaa🎉 good voice ❤
Wow amazing performance and uplifting spiritual song❤❤❤
Wow Yadoo eebifamii.
Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifammaa Ebbifammaa Ayyaanii waqaayyoo isinifi haa baay'atu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Uuuffeee goftaan siinaa eebisuu❤❤❤❤❤
Wow amazing ebbifama akkam namatti toltuu barii keessan hafee hafuura qulquullun isiniif Haa golgamuu❤❤❤❤❤
Wowow Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa dachaa dachaan ijollee waaqayoo ebaaf ta'aa 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏❣️❣️❣️❣️❣️🌷🌷🌷🌷
Wow eebbifamaa ayyaanni isaa siniif haabaay'atu❤
Wowowowowowowowowoowowowowow Ameeeen Ameeeen ebbifama 👏 🙏
Amen 🙏🙏🙏🙏 amen amen amen tebarku tebarku tebarku getta iyesusi fetsimo yibarekachu
🎉Ashuuuu Dach Eebbifama
what a healing for soul yado and fenan thank you so much my brothers❤❤❤😘😘😘yaaannikee anarra jira gooftaa anis hin dhisu dorgommii koo
Eebbifaa! Yaadoofi Feenoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuufffffff yesuskoo isin haa ebbisuuuuuu❤❤❤❤❤❤❤😊
Yeroo hundaa yoo dhageeffacha olani Farfannaa hinquufamne! sagaaleen Lachuusani lubbuu nama hareessa! Waqayyoo barasaanni haa ebbisu!
Kuni ijoolleef iddoo kennuudha. daa'immaniif jajjabina guddaa ta'a. Hojii akkasii irratti yoo xiyyeeffattan dhaloota boorii baasuu keessatti shoora olaanaa taphata. eebbifami yaadee, eebbifamaa.
Ameeeen ameeeen Eebbiifama dachaa dachaa ayyaanni isaa ammale isinif haa dabalamu ❤❤❤❤
Guddadhu Ayyaanni dachaa siif haa baay'atu
Yaadookoo inni kenna godhe si nuuf kenne gooftaan haa eebbifami. Feenuukoo atis nuuf guddadhu; Itti eebbifameera; jabaadhaa!
Baay'ee namatti tola farfannaa onnee nama tuquudha .
Yaado waaqayyoon isn haa eebbisu jabaadha isin waliin jirra!!!
wow,wow,wow,Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu❤❤❤❤
Mo,ichan na gaggeessa malee nan qaneessu inni diina duraati ameeeen waaqayyo bara keessani haa ebbisu
Ilma keen wal argitee jirta Mootii Weedduu fi walaloo Far. Yaadoo! Inni kun Leenca si booddee dhufudha. Amma iddoo gaarii jira si cinaa! Harka kee jala. Jabeessi qabi, inni kun korma ta'a! Abdiitu irra jira. Hedduu eegganna! nuuf qabii guddisi. Dirqamni akkasii guddaadha. Waaqayyo si haa gargaaru! Atis Umurii guutuu nu gidduu buli! Ameen! waaqayyoo Gooftaan Addunyaa yesuus kiristoos Gooftaadha! Horii buli!
Gooftaa dhaa gaditti yaaliin isin ijjoollee haa'r'aa guddisuuf taasiftan salphaa miti. EEBBIFAMAA
Uuuffffeeeee AMEEEN AMEEEEN AMEEEN 🙏❤️❤️ Yaadoo koo faruu kee baay’een jaaladhaa isiin lemaanuu eebbifamaa eebbifamaa 🙏❤️❤️❤️❤️
Wow! What a sweet song, I don't understand but I felt that is a gospel song
ስታምሩ አሜን አሜን ሀሹ ደስ አለኝ ተባርኩ ጻጋቹ የበዛ ይሁን ❤✝️🛐👈👌🔥🔥🥰
Ebbiffama dachadhaan maqaa yesuus kristos qaxalee wan koo
wow yaadoo guddaa eebbifami dhugaa waaqayyo dachaadhaan si haa eebbisu
mucaa kanammoo bareechitee kununsitee akka guddistu nan amana!
የኔ ቤቢዬ ተባረክ የሰለሞን ምትክ ነህ እሱም እንደ አንተዉ ልጅነቱን ለእግዚአብሔር ሰጥቶ እስከአሁን በቤቱ ፀንቶ እየኖረ ነዉ።
Uuffee nu guddadha ❤❤😊😊
Yanii kee anaaraa jiraa ameen ameen ebifaamaa waqaayoo isinaa ebisuu 🙏
Big love ❤❤❤
Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifama ebifama dacha ijoolee goftaa ko👏 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawwoo dhuguma dubbachuuf baay'een waaqayyoon nan galateeffadha waayee keessaniif nuuf eebbifamaa eebbifamtoota qomoo gooftaa ayyaanniif eebbi dhuma hin qabne isin gubbaatti dachaan daddabalee haa baay'atu ulfaadhaa ijoollee gooftaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhaa!!!
Farfannaa yaanniikee anarra jira jedhu kana bayyen jallaadha yaadesakoo waqayyoo si ha eebbisuu jabaadhu farfannaa babareedha qabdaa jabaadhu maaloo yoo sif danda"ame faarsakee isa yaanniikee anarra jira jedhu kana irraa debiyyi nuuf farfaadhu ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤
Wow yaadoo & Feenan💕💕💕💕
Waaaw qaxalewaan ijolee kakuu yadoo waqayyumtii baraa kee haa ebisuu ebifamiiiii dhugaa bayyee tokkoo namatii tolaa mucaan kunii bayyee tokkoo namararaa jabessaa sirrii umnaa afurichaa nuf haa gudatuu waqayyo kennaa isaaf kennetii dachaa haa bayisuf❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaawwwoo uuùuuffeee gooftaan bara keessan yaa eebbisuu Yaade $ Feenan👏👏👏👏👏👏❤❤
Mucaa nuf jajabesa dhalota heduutu etti ebifamuf ta'a❤❤❤
AMEEENAMEEN
Hamma handara lafati hahaha
Ani dhugaa baatuu gooftaa ti..........❤❤❤❤❤❤❤❤Eebifaaa Yaado&Fenan🙏🥰🥰🥰🔥🔥
waaqayyoo haa guddisuu dhaloota keenya dhugaa maal namatti toltu dhugaa jabaadha
Waqayyoo isiin haa ebbisuu ebbifaamaa dachaa dhaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameen! Akkam namatti tolaa dhugaa?! Yaadooko eebbifami! Mucaa kanas kununsaa, ayyaana Waaqayyo keessatti akka guddatu jajjabeessaa ammallee!
Waqaayyoo baraaf jirenyaa keessaan haa Ebbisuu ebbifaamaa 🙏 ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Woow yaado eebbifamii hojiin kun ittuma haa fufu ati fakkeenya dhalootatti
Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa kaa❤🙏🏻
Wooow wow wow wow uuuuuuuffffeeeee ulfadhuu uumaa koo ebifamaa Qaxaleewwan ijjoollee WAAQQAYYOO ❤❤❤❤
Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚
Hanga dhumaatti itti chaappefami!! Guddadhu! Ashuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu! Wangeelli Keenya ammas nama qaba!!
Eebbifami Yaado❤
Akkasittiin ijoollee kiristoos keessatti qaruuf guddisuunkee gatii guddaa siif qaba❤
Ebifaamaaa ayaanaa isinniif haa baayisuuu feenuu koo uffiiiii nuuf guddadhuu
Waawuu Yaadookoo eebbifami yaadnikee anara jira
Wowww ❤❤ Amen gudadhu
Woowwww fffffff Ameeeen Ameeeen Ameeeen hebifamaa saba waqaayyoo 🙏🥰🥰
Ebbifamaa ❤❤❤
Maqaa iyesusin dhugaa Waaqayyoo bayee namati toltuu isini haa ebbisu ebifama dacha dachadhani fenani simotuu Waaqayyoo sii guddisuu❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊
❤❤❤❤❤❤wowww blessed you 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤😮😮
Wawwuuu ameeeeeen ameeeeeen ebifama ijjollee kakuuu 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰
Ameeni goftani isani ha ebbsiu bari jirenyaa keessani mana eyesusi keessa hatu🙏🙏🙏🙏
Eebbifami yaadookoo daa'ima kana illee sagaleekee akka sagalee kiilolee sana nuuf dhaalchiftee eebbifami eebbifamaa hojii keessaniif
Wwwooww yadoo🎉❤ eebbifamaa ufee
Woow ebifama ayyaani gooftaa kanuma caalaa sinifaa baayatuu❤❤❤❤❤❤
የእግዚአብሄር ቅባት የገባው እንደዚህ የተባረከ ዘማሪ ሳይሰስት ዘር ይዘራል መታደል ነው
Woow Eebbifamaa Eebbifamaa 😍😍😍❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤
Eebbifamii yaado keenya waaqayyo bara keessaan haa eebbisuu❤❤❤
Wooooow Eebbifamaaa Ijoollee Waaqayyoo
Nuuf jiraadhaaa
Wow Yaado baga gammadde dibatikee dhaloota haaraa biqilche Waaqayyoof kaase waan ta’eef baga kana argite ulfinni isaammoo kan Waaqayyoo keenyaati.🙌
Waaqayyoo isin haa eebbisu
ajja'iba nama waaqayyoo yaada isa irra kayyaate maltu danqa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wowow sagaleen qaxaa jedheema walitti galee❤
Uuffee Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamaa dachaa dachaadhaan 🙏🙏🙏🙏💯💯
😲 baayyee ajaa'iba Fenan ❤❤❤so amazing soud bareedaakoo
Wow bayye barredadhaa❤
Ameeen Ameeen Ameeen uuuuffeeee Eebbifamaa Eebbifamaa Guddadhu mucaa dibata, sagalen siin fakkata mucaan kun Yaaddo Kenya
Wow Ebbiifamaa waqayyoo baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu Ebbiifamaa ❤️❤❤❤❤❤
ደስ ይለል ልጅ የአበትን መንገድ ስከተል ደሞ የአበትዮን መዝሙር በጠም ነዉ የምወደዉ ቋንቋ ግን አለዉቅም
Uuuuuuffffeeekaa eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyooni ayyana ISSA issnifi haa dabaluu ebbifamaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰
Woww Amenn Amenn Halle luyyah Iililililililililililililililili dacha dachaan nuuf Eebbifaama barbadamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamaa dachaa sina ebbisu goftaan
Wow መስማት ማቆምአቃተኝ ውይ የሚያረሰርስ መዝሙር የኔውድ ያባቴ ልጆች ጌታ አብዝቶ ይባርካችሁ 🙌🙌🙌🙌🙌🙌 የኔ ሚጢጢ መዝሙሩን እራሱ በዚልክ መረዳቱ የውነት በጣም ነው የገረመኝ የሚገርም መልክት ነው ጌታ ዘመናቹን ይባርክልኝ 😘😘😘😘😘😘😘 በጣም ነው የወድኳችሁ ።ሌላም መዝሙር አብሮክ ይዘምር!! Ebbifaama 🙌🙌🙌🙌🙌🙌
ትንሹ ልጅ እኮ ዘሜር ነዉ እኮ የረሱመዝሙር አለዉ❤
Haleeluuyaaa Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuuufffffffff ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ebbiifaamaa waqayyoo siin ebbiisuu qaxaalee wan koo 😊😊😊😊😊😊
Ameeeeen uuuffeeeee Ameeeeen ebifamaaaa👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻❤️❤️❤️❤️
uuuuuf dhugadha yaddi kee anarraa jiraa amen
Wwwww Ebbifamma ijolee waqayyoo👍🙏🙏❤❤
Ameeeen ameeeen ameeeen ebbiifaama barii keessa haa ebbiiffamuu ❤❤❤❤❤❤
Amen yadni ke anaraa jiraaa gofta koo ulfadhu kaàa
Well Come Yadoo keenyaa
Wawoo Amazing! Ebifama Ebifama ❤
Yaadoo farfannaan kee Hundumaatti isaa hedduu namatti tola Eebbifamaa Leencakoo
Thank you ❤❤ dhugaa namatti tola yaadoo jabaadhaa
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤❤
ammmeen ammeeen ammeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Eebbiifamaa dhaca dhacaw
Wow ebifami dachaa dachan yadookoo ❤❤❤
Ebbifami Yadoo dhaloota itti Guddissa jirta❤❤❤
sagaagaltichaa walakkaasaa isa jedhummoo yoom faarfatta
Ameen ebbifama Yadoo waqaayyoo bagaa siin nuf keene ❤❤❤❤❤
Wowwww AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN EBBIFAMAA ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
''yaadni kee ana irra jira'' osoo jedhamee gaariidha eebbifami yaadoo dhaloota of jalatti guddisuun akkasi.
Wwwww Ameeeeeen ameeeeeen Ameeen Ameeen ebifamaa❤❤❤❤❤
Wow ebbifamaa🎉 good voice ❤
Wow amazing performance and uplifting spiritual song❤❤❤
Wow Yadoo eebifamii.
Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifammaa Ebbifammaa Ayyaanii waqaayyoo isinifi haa baay'atu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Uuuffeee goftaan siinaa eebisuu❤❤❤❤❤
Wow amazing ebbifama akkam namatti toltuu barii keessan hafee hafuura qulquullun isiniif Haa golgamuu❤❤❤❤❤
Wowow Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa dachaa dachaan ijollee waaqayoo ebaaf ta'aa 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏❣️❣️❣️❣️❣️🌷🌷🌷🌷
Wow eebbifamaa ayyaanni isaa siniif haabaay'atu❤
Wowowowowowowowowoowowowowow Ameeeen Ameeeen ebbifama 👏 🙏
Amen 🙏🙏🙏🙏 amen amen amen tebarku tebarku tebarku getta iyesusi fetsimo yibarekachu
🎉Ashuuuu Dach Eebbifama
what a healing for soul yado and fenan thank you so much my brothers❤❤❤😘😘😘
yaaannikee anarra jira gooftaa anis hin dhisu dorgommii koo