SIMBOO HIRKOO HICCIITII KOO
HTML-код
- Опубликовано: 6 ноя 2024
- faarfannaa koo kun haaloota garaa garaa keessatti nama janjabeesuf ulfina waaqayyoo himuuf kan waaqayyoo natti kennedha. waaqayyoo bara jireenya keessaani naaf haa eebbisu namoonni dhageefffatan yaada keessaan comment naaf gochuu hin dhiisiina RUclips koo kana fuula media keesani irrati share akka naaf gootan jaalala goftaan isinan gaafadha wan gootaniif Eebbifamaa jaalala obboluumma natti agarsiifftanif galatoomaa
Ameen goftaan dachaa siiyaa ebisuu
Ayyaannii Waaqayyoo kanuma caala siif haa baayyatu!
Waqaayyoo Sia eebbisu jabdu mucaa waqaayyoo inni ati dursaa kenittef jireenyaa kee irraatti hirru keerra goftaan furtu furmata sitti kenne angafa Sia tasisu kana caala darbi deemi jabadhu ayyaani waqaayyoo sif haa bayaatuu ❤❤❤
Uuuuffee goftaa sa eebbisuu jaba hadhoo koo ayyaani siraa jiruu dhaloota bayee fayisaa❤❤❤
wow nuuf jiraadhu nama waaqayyoo!!
Jabadhuu waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Uuuuufff ammeen ammeen ammeen ebiffamii maquma yesusin sifii haa daablamuu amayuu ayaani waaqayyoo 🎉🎉🎉🎉❤❤❤🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻📖📖📖📖✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Waaqni samii eebba sitti haa banuu dhugaa ittan ebbifame🥰🙏
Waaqayyo si haa ebbisu jabduu keenya jabaadhu
Simboo waaqayyoo sin haa ebbisuu bara baraan farfachaa hafii. Jabadhuu gara fulduraatti si duukaa jirratii itti fufii in dhabiin.
Waaqumti si haa eebbisu mucaanana waanin jedhu qabu
Uuuuuuffee waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamii qaalii keenyaa nufjiraadhu ❤❤❤❤❤❤Ameen Amen Ameen Amen Ameen
uuuuuuffff❤❤❤💚💚💚❤❤❤ Simbookoo baay'ee namatti tola gooftaan keenya guddaa godhee jireenyakee yaa eebbisu, eebbaaf ta'i, darbii jiraadhu,hamaan sin danda'iin, lafa deemtu hunduumatti adda argadhu👏👏👏👏👏👏
farfannaa nama jabeessu ta'u issaa kanaan arge ofikoo jajabaadheeni
Jechanan dhabeetti waa bira hin jedhuti jabaadhuu bareedu koo waqaayyoon hama dhumatti sifana hatta'u jabaadhu jabaadhun dhamsakoo
Jirenyii Kee barabaran haa ebifamuu ayanisaa siraa hin dhumon
Simboo jabduu jabaadhu simboon fi ayyaanni waaqayyoo sirra jira
Ebbifam Simboo ayyanni waqayoo sirra midhaaga jabaadhu ❤❤❤❤❤
Waqayoo ayanaa isaa ammas dadabalee sif Haa keenuu
Uuuuuuuffff akkam namati tola ebifamii baraa ke yaa ebisuu
Baga waaqayyoo Gooftan si gargaaree ,amma dhumaatti jabeesse mana isaa keessa sii haa dhabbuu,jabbadhuu,cimi
Mucaa ebbifatuu nan ebbiifamii ammaa haarttii dhagefadhee qufuu dadhabbee dhugaa ebbiifamii jabbadhuu maaloo haallii bara kana sii qabinii uuffee😭😭😭
Waaqayyoo bara kee hundumaa haa eebbisuu!
Hunduu guyyaa qaba rakkachuun, gammachuunis hunduu
Uuuuuuuu simbo ko waqayyo dacha ayyanasa sifa bay'isuu❤❤❤❤❤❤
Uuufee yesus koo eebbifamii daacha ❤❤❤❤❤❤❤
simboo cimtuu nama ebbifamii qaalee koo ayyanniii waqayyoo sif haa baay'atuu❤❤❤❤❤
Ameen siif haa baay'atu ayyaani gooftaa.halumaa kana itti fufii deemsaake gooftaa fanaa.uffee uffee
Eebbiffammii baraddu koo bayyee namatii tola
Ebbifami 💖 ogetiko jabadhuu ❤️
Waqaayyo barafi jirena kee aebisuu ebifami ammeenn
Uuuuuuufaii waqayoo siaa ebisuu qaxalee waqayoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebifamii
Eebbifami! Badhaadhi waaqa siif haa baay'atu!!
Ebifami qaxaleko waqayo baraf jirenya ke ha ebisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeen waqaayoo sii haa ebbifama ❤❤
Uuuuuuu simbokoo ebbifami lafaa madaako farffatte
Jabadhuu Si waliin jiraa waaqayyoo😢😢😢
Dhumaakee Haa barechuu ayyanaa irraatti ayyanaa sif Haa baay'suu kirstos
eebbifami simboo ayyaannisa sirkaa hin bu'in
Jabadhu si'aa eebisu goftaan❤❤❤❤❤
Ebbifami Jabbadhuu
waqaayyo barafi jireenya kee ha ebbisu, baayye mana eebbisa dhuga!!!!
WHAT AMAZING! God bless you Simbo!
Simboo dhugaa waaqayyoo sii haa ebbissu
Waqaayyoo dhumaa kee haa bareechuu
g'',.farfanaa kee onee namaa dhufataa jabadhuu
Ayyannii Isaa dachaa siif haabayatuu❤
Ayyannii guddan kana caalummoo sitti haa dabalamu❤😢
Barrikee yarebbifamuu
Farfaannichis, safaleenis ,adda eebbifamii ❤❤
Innimadaagaraakee argeulfinaguddaa haafudhatu jabduukoojabaadhu
wowu waaqayyoo si haa ebbisuu
Maaloo eebba Dachaan siif hawwa! Mul'adhu!!!!
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen Ebbifamai Ebbifamai dacha dacha waaqaayyoo sin haa Ebisu Ebbifamai❤❤❤❤❤❤❤❤📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞📚📚📚📚📚💞💞💞💞📚📚📚
😭😭🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲❤❤❤❤ebifamii.waaqayyobarakee haa ebisuu
Ammeeen hadha ko dacha sifaa dabalamu ayyanii
jabaadhu hamma dhumaattii❤❤❤❤❤
Faarfattu jabdu eebbimi
Waqayyoo Goftan baraf jirenyaa kee ebisuu ebbifamii qaxalee koo 💖💖💖💖💖💖🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤
Jabaadhu,jabduu koo!!!
Ameen Ameen Ebbifami simbboo❤❤❤❤
Gooftaan Yesus dabalee daddabalee sihaa eebbisu jabaadhu itti fufi obboleettiiloo
Eebbifaamii ❤
waaqayyo nu jajjabeessuf dhaaloota nuuf kaasa ammaas kanumaa nuuf rawaate simboodhaan anboorraas nuuf kaase! galatoomi gotaa ayyaanakeef
Jaabadhu simboo koo ayyana qabeeti koo
Waaqayyoo saa eebbisuu ❤❤❤❤ uuffeeeeeeee
Ebbifamii sinboo waaqayoo siya ebbisu
Ammmmeeen Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa ❤️❤️❤️❤️🙏🙏
Uuuuuf ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami 😢😢
ameeen ameeen ameeen ebbifami ebbifami ebbifami❤❤❤
Ebbifami kennaa koo
Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa ❤❤❤❤
Waaqayyo si'aa eebisuu ,ammalle ayyannisa dachau siratti Haa dabalamuu qalii namaa
Ameeeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 ebbifamtu koo 💐💐💐💐💐💐💐🌧🌧🌧🌧🌧🌧🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Yesuus michuu dhugaa
Let Almighty God bless you abundantly.
Waw,jajjabadhuu,
❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Ammeeen Ebbaaf tahi
Jechoota uuuufffffff!❤❤😢😢😢
Ameen Ameen ❤❤❤❤ ebifamii
Ebbifamii dhugaadha
Waqqayyo bara jireenya kee haa Eebbisuu
Ebbifamii sinbooqabeettiikoo ayyaannii waaqayyoo kanumaan caalaa siifaa dabalaamuu
Ebifami ebifami waqayo siha ebisu❤❤❤❤
Eebbifami ❤
Ameen Ebbifami
Ebifamii dachan
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu
Ebbifamaa. Hadhokoo.
Ameen Ameen ebbifamii ❤❤❤
Eebbifamtuukoo naaf jiraadhu
Eebbifami simboo💯
Ebbaaf ta, ii❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo si haa eebbisu ❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu sinboo koo❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbiifamii
❤❤❤❤😢😢😢 ebbifamii
❤❤❤❤❤ uuuuuuuuuuf ❤️ Wo wo Ebifhma Amen 🙏👏👏
Ebbaf tahuii sinbuukoo
Eebbifamii ❤❤❤❤