Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Anii amaatani kiyaa musiilimaa garuu farrifaana kuni onee koo nabbojie jiraa Jabadhu JaJjabee tiyaa ,❤❤ ❤❤
@@KumudeGemechu nf jiraadhuu qaalikooo waaqayyoo gara moottummasati saa fidatu sin jalladha
Inni sigargaaree anaanis nawajjin haata u faarfannaa babbareedaa baadheen dhokadhee jira🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Gooftichi si gargaraa uffee waqayyoo warraa hallii dhokse muldhisuu hojii irraa jiraa
Waaqayoo sii gargaara akati dhakate tesuf miti kan sii wamee ❤❤❤❤❤jabadhuu
Baayyee namatti tola. Faaefannaakee dhaggeeffadhee ittiin fayyeera.
Amen Amen Amen 🙏🙏🙏 egzaber zemeneshii ye barekish
Ameeeennnn Eebbifami Sinboo qabeetiko Akuma maqake Ayyaani kana Caalu sifaha bay'eetu
Ebbiifami qalii mucaa kiristosi ebbiifami ebbiifami dachaa dachaa dachaa ayyani sif haa bayyatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeeeen ameeeeeen eebbifamii sinboo qabeettikoo waaqayo kanuma caala hayyaanasaa siif haa dabalu❤❤❤❤❤❤
This song washed my eyes with tears i went through ..alots of problems but God is beyond our problem and obstacles!God bless you ! Jabaadhu ayyanisaa kanarra siif haa baay’atu
Wawo. Simbo Faarsaa ke dhageeffadhee itti boqodheera. Eebbifami
Ameni ebbfamii ebbfamii ebbfamii ebbfamii ebbfamii sinbo qabeti koo darbi demi kana Calla ayyani waqayo jireyna kee ha dhufatu💝💝💝💝🙏🙏
jabaadhu simboo ko ayyaanaa guddaatu sirra jira dhugaa
Dhuga dha firri akka waaqayyoo hin jiru jiradhu obbooleetti koo itti ebbifamera.
Farfannaa kee Erga gurguddaa qaba. Dhageeffadhe ittin ebbifamerra. Haalotan osoo hin qabamin erga waaqayyoo sitti kenne kaa jabeessi hojjedhu. Waaqayyoo sii haa gargaaru, Jabeessi!
Ameeeenn Ebifamii maqaa iyesusinii simboo qabeetii koo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 Congratulations bagaa waaqayyoo sii garagaree
Ebifamii sinboo ayaanichii sif haa dabaalamu mucaa iyeesus ❤❤❤❤❤
Waqaayyoon sii haa eebbisuu nama waaqayyo ammayyuu ayyannii sirraa jiruu itti siif haa guddaatu jabadhuu kara sirrii qabatte Waqaayyoon ala firri dhugaan hin jiru ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amen amen ebbifami jabduu koo waqayoo sii wajin jiraa
Ameeen ❤❤❤❤❤❤❤ameen waaqayyoo bara kee si ha ebisu
gooftaan koo kanumaa caalaa ayyanaa isaa siif haa bayyisuu .....abban koo sii faana haa ta,uu.....
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Eebbiffamii Ayyaanna Qabeeti jabduu namaa Waaqayyoo si ha Eebbissu ♥️♥️♥️♥️
Ameeen ameeen ameeen waqayoo sin haa ebisuu qamadikoo
Lakofisake nafii ergii sinboko asin farifanaketi gudanii ebifame gifitiko
Ebbifami yesus dhisani eddon dhaqan hin jiru❤❤❤❤❤❤
❤❤❤ eebbifamii waqayyoo sa eebbisuu haadhakoo ayyaana isaa dachaa dachaa sif haa bay'isuu
❤❤❤❤❤❤ hanga dhumaattis si wajjin jira inniEebbiifamii hafii jiraadhu
❤❤❤❤maloo akkanitii iti ebifamee nafi jiradhuu ebifamii
ebbifamii Kan caala anyaanii Waqaayyoo siiraati yaa robbo maaqa dhiigaa holiichatiin ebbifamii kode too ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Goftaan sii haa ebisuu farfaana laphee namaa banuudhaa galatomii❤❤❤
Ebbifami ayyannii gooftaa sifa bay'atuu!
Ameen eebboffammii dachaa dachaa ayyannii kana caaluu siif haa dabballamuu💞💞🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞
Uuuuuufff qaxalee koo qufuu dadhabe farsaa kee ebbifamii hayyanni gooftaa kanuma caalaa sif haa dabalamuu❤❤❤
Amen Ameen ebifami guddaa waqayoo si ebisuu kan calaa ayani waqayoo sif ha bayatu ❤❤❤❤❤
Dhugaa bilbilaa qabu hundaa sheri laki sii godhaa jabaadhu Eebbifaamii❤❤❤❤
Ameeeen eebbifami ayyannisa siif ha dabalamu❤❤❤❤❤
waqayoo baraaf jirenyakee yaa ebbisuu
Ameen Faarfattan Kun baayyee naa boqachiseera
Ulfaadhu Jabaadhu Ammaaayyuu Ayyaanni Waaqayyoo Siif Haa Baayyatu
Ameen Ameeen❤❤❤❤❤ Ebbifamii farafanaa Kee ba,yee naamati Toolaa
❤❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ waaqayyo waaqarraa kanuma caalatti si haa eebbisu sinboo
Wawo Ebifami Ebbifami Dacha Ebbifami ayanisa siff habayyatu
Waaqayyoo daachaa si haa eebbisuu.dhugaadha abdiin isaa qofaadha.ameen ameen.....
Waaqayyo Ayyaana siif haa baay'isu jabaadhu !!
Waqaayyo baraa kee Haa Eebbiissuu Eebbifaamii ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏😭😭🛐🛐
Ameen. Waaqayyo ayyaana isaa siif baayyisu.
Waaqayyoo sii eebbisu, jabaadhu.
Eebbiifamii ❤❤❤❤ kana caalaa ayyaanni siif haa baayya'atu
Amen ebifamii ebifamii waqayoo dachaa isi haa ebbisuu ❤❤❤❤❤
Ameen Ameen. Ebifami dachan jabadhu
jabadhuu waaqyyo si haa eebbisu
Amma har,attii lafa nan kenyee Naan gargarteta ammen Ammen Ammen ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ ameen ammmmmmeeen ebbiifamii dhuga waaqayyoo si ha ebbisu
Ameen ayyaannisa dachaa siif haa baayy'atu
Amen amen amen amen amen ebbiffamii ebbiffamii dachaa dachaa barif jirenyii kee yaa ebbiffamu hadhoo jabadhuu jabduu koo mucaa kakuu 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyoo baratii qabduuma hunduma haa ebbissuu ammyyuu kana calaa ayyanasa siihabayyissu
Dachaa ayyannii isaa sif haa baayyatuu
Ameeen ebbifamii jabadhu waqayyoo garridha
Ammeen Ammeen Ammeen 🙏🙏♥️ Ayanisa sif ha bayaatu lubbuu dhugaa qufuun dadhaabe sagaalee kee
God bless you you are our blessing.
❤❤❤❤ ameeen lubbuu tiyyaa ayyanii gofta sirra.jira jabadhuu
Uuuuuuuufffffeeee eebbifami ayyani qabetti koo
Ameeen ebbifamii hadhoo koo ❤❤❤❤❤
Ammalee waaqaayyo ayyanasaa siif haa dabalu jabadhu.
Ameen Ameen Ameen ebbifami ambo koo
Jabduu kiyya jabaadhu Ayyaani waaqayyoo kanuma caala siif haa baayyatu ❤❤❤❤
Baayyee ebbifami ayyani sii haa dabalamu itti ebbifameera!!!
ammeeeen ameeeenii
Ameen Ameen Ebbiffammii Ebbifamtuu koo ❤
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen waaqayyoon gaariidha maqaan isaa haa eebbifamu ammayyuu dacha dachaa ayyaana isaa siif haa baay'isu simboo koo ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffeeeeeeeeee Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii qaxalee kiyyaa jabadhu ayyanni waqayoo siif haa baya'atu
Haleeluyaa yesus jiraata dha eebbifami koode koo
ebbifmii ebbifmtuu ko warii gara isaa ilalnii badanii bekanii baga gargarmtee 🙏🙏🙏
faarfannaan kun bareedaadha, jaalladheera, jabaadhu ammayyuu, garuu mee xiyyeeffannoo faarfannaa kee waa'ee ofii keetii gochuu caalaa kutaawwan macaafa qulqulluu fi Kiristoos irratti xiyyeeffachuudhaan dhugaawwan gadi fagoo fi dhoksaawwan faarfachuutti akka ceetuuf nus siif kadhannaa atis cimi jabaadhu
Wallaalaa wayi
@@MisganuFikadu-fq8fs beekaa wayii hamma beektummoo mee fidika moo daboo kadhatamte, ofta'uu bari. Maaliif akkan jedhes bari,.....
Ebifamii hama dhumatii dhbadhuu ❤❤❤❤❤jabadhu
Ameeen Ameeen ebbifamii dachadhan mucaa dibataa 📖📖📖📖♥️😘♥️😘😘🙏🙏
Baay'ee ittin ebbifame Farfana kee human Guddaa qaba simboo koo
Barakee Waaqayyoo haa eebbisu.
Eebifaamii waaqayyoo baraf jireenyaakee haa eebisuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Eleeleelleelleeee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Gooftaan Kanumaa Callaati Cimbisee Sii Haa Babuu Gooftaan koo Yesus kirstos!!!!!!!!!
Waaqayyo sii haa eebbissuu simboo. Akkaa maqaa keeti Waqayyoo sii haa guuddisuu
Ebifamii simboo Koo Deena wal fakkata qabana waqayyoo gariidha hunduu garumaf
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifammi kaa mucaa waaqayyoo 🎇🎇🙏🥰🎇🎇
Ameen ameen ameen ebbifamii ayyaani kuni dachaa dachaan sif haa baay'atuu❤❤
Dhugaa dha ebbifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ammeen Ammeen hadhookoo jabbadhuu kana calaa Hayan sif abayatuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen 🙏 Eebbifami!
Gooftaan sii ebbisuu ebbifami ❤❤❤
Ameeeeen.ebbiffamii.ayyanii.sifii.bayyatuu❤❤❤❤❤❤
Uuuuufffeeee ebifamii gooftaan barakee yaa ebisuu jabadhuu
Ameen eebbifami Waaqayyoo si haa eebbisu jabaadhu
❤❤❤Ameee Ameeeeen waqayoo hisinaa ebisuu bayee namatii tolaa jabadhuu
❤❤❤❤❤ Ebifamii hadhokoo ayanichii dachaa siif habayatuu ameen ameeen ammmmmmeeeeen
farfannan kee erga gudda qaba jabadhu ayyanisa dachan siif haa baayatu.seena kee kan amanu'eel wajjin haasofte sana gaafan dhaga'u baayeen gaddee waaqayyoo bara nama dabarsa jabadhu.
Uuuffeeyy ebbifami ebbifamttuko
Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifami qaxalee mucaa gooftaa ameeeen
Ati dhuguma jabduudha jabaadhu
Wooooow ebbifamaa jabduukoo❤❤❤❤
Ameen eebbaf ta'i! Waaqayyonko si haa eebbusu
Ebifamii barii jirenya haa ebifamuu ❤❤❤❤❤❤
Ayyaan kanuma caalaa siif haa baayyatuu 😢😢❤❤
Wow Ameen Ameen Ebbifami ebbifamtuu koo
Ameeeeeeeeeeeeeeen Gooftaan si Eebbisu obolettii keenya.
Ameen jabadhuu waaqayoo sii haa ebiisuu
Ameen ameen balbaali hin ciicinne siif habaanammu.
Anii amaatani kiyaa musiilimaa garuu farrifaana kuni onee koo nabbojie jiraa Jabadhu JaJjabee tiyaa ,❤❤ ❤❤
@@KumudeGemechu nf jiraadhuu qaalikooo waaqayyoo gara moottummasati saa fidatu sin jalladha
Inni sigargaaree anaanis nawajjin haata u faarfannaa babbareedaa baadheen dhokadhee jira🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Gooftichi si gargaraa uffee waqayyoo warraa hallii dhokse muldhisuu hojii irraa jiraa
Waaqayoo sii gargaara akati dhakate tesuf miti kan sii wamee ❤❤❤❤❤jabadhuu
Baayyee namatti tola. Faaefannaakee dhaggeeffadhee ittiin fayyeera.
Amen Amen Amen 🙏🙏🙏 egzaber zemeneshii ye barekish
Ameeeennnn Eebbifami Sinboo qabeetiko Akuma maqake Ayyaani kana Caalu sifaha bay'eetu
Ebbiifami qalii mucaa kiristosi ebbiifami ebbiifami dachaa dachaa dachaa ayyani sif haa bayyatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeeeen ameeeeeen eebbifamii sinboo qabeettikoo waaqayo kanuma caala hayyaanasaa siif haa dabalu❤❤❤❤❤❤
This song washed my eyes with tears i went through ..alots of problems but God is beyond our problem and obstacles!
God bless you ! Jabaadhu ayyanisaa kanarra siif haa baay’atu
Wawo. Simbo Faarsaa ke dhageeffadhee itti boqodheera. Eebbifami
Ameni ebbfamii ebbfamii ebbfamii ebbfamii ebbfamii sinbo qabeti koo darbi demi kana Calla ayyani waqayo jireyna kee ha dhufatu💝💝💝💝🙏🙏
jabaadhu simboo ko ayyaanaa guddaatu sirra jira dhugaa
Dhuga dha firri akka waaqayyoo hin jiru jiradhu obbooleetti koo itti ebbifamera.
Farfannaa kee Erga gurguddaa qaba. Dhageeffadhe ittin ebbifamerra. Haalotan osoo hin qabamin erga waaqayyoo sitti kenne kaa jabeessi hojjedhu. Waaqayyoo sii haa gargaaru, Jabeessi!
Ameeeenn Ebifamii maqaa iyesusinii simboo qabeetii koo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 Congratulations bagaa waaqayyoo sii garagaree
Ebifamii sinboo ayaanichii sif haa dabaalamu mucaa iyeesus ❤❤❤❤❤
Waqaayyoon sii haa eebbisuu nama waaqayyo ammayyuu ayyannii sirraa jiruu itti siif haa guddaatu jabadhuu kara sirrii qabatte Waqaayyoon ala firri dhugaan hin jiru ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amen amen ebbifami jabduu koo waqayoo sii wajin jiraa
Ameeen ❤❤❤❤❤❤❤ameen waaqayyoo bara kee si ha ebisu
gooftaan koo kanumaa caalaa ayyanaa isaa siif haa bayyisuu .....abban koo sii faana haa ta,uu.....
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Eebbiffamii Ayyaanna Qabeeti jabduu namaa Waaqayyoo si ha Eebbissu ♥️♥️♥️♥️
Ameeen ameeen ameeen waqayoo sin haa ebisuu qamadikoo
Lakofisake nafii ergii sinboko asin farifanaketi gudanii ebifame gifitiko
Ebbifami yesus dhisani eddon dhaqan hin jiru❤❤❤❤❤❤
❤❤❤ eebbifamii waqayyoo sa eebbisuu haadhakoo ayyaana isaa dachaa dachaa sif haa bay'isuu
❤❤❤❤❤❤ hanga dhumaattis si wajjin jira inni
Eebbiifamii hafii jiraadhu
❤❤❤❤maloo akkanitii iti ebifamee nafi jiradhuu ebifamii
ebbifamii Kan caala anyaanii Waqaayyoo siiraati yaa robbo maaqa dhiigaa holiichatiin ebbifamii kode too ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Goftaan sii haa ebisuu farfaana laphee namaa banuudhaa galatomii❤❤❤
Ebbifami ayyannii gooftaa sifa bay'atuu!
Ameen eebboffammii dachaa dachaa ayyannii kana caaluu siif haa dabballamuu💞💞🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞
Uuuuuufff qaxalee koo qufuu dadhabe farsaa kee ebbifamii hayyanni gooftaa kanuma caalaa sif haa dabalamuu❤❤❤
Amen Ameen ebifami guddaa waqayoo si ebisuu kan calaa ayani waqayoo sif ha bayatu ❤❤❤❤❤
Dhugaa bilbilaa qabu hundaa sheri laki sii godhaa jabaadhu Eebbifaamii❤❤❤❤
Ameeeen eebbifami ayyannisa siif ha dabalamu❤❤❤❤❤
waqayoo baraaf jirenyakee yaa ebbisuu
Ameen
Faarfattan Kun baayyee naa boqachiseera
Ulfaadhu Jabaadhu Ammaaayyuu Ayyaanni Waaqayyoo Siif Haa Baayyatu
Ameen Ameeen❤❤❤❤❤ Ebbifamii farafanaa Kee ba,yee naamati Toolaa
❤❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ waaqayyo waaqarraa kanuma caalatti si haa eebbisu sinboo
Wawo Ebifami Ebbifami Dacha Ebbifami ayanisa siff habayyatu
Waaqayyoo daachaa si haa eebbisuu.dhugaadha abdiin isaa qofaadha.ameen ameen.....
Waaqayyo Ayyaana siif haa baay'isu jabaadhu !!
Waqaayyo baraa kee Haa Eebbiissuu Eebbifaamii ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏😭😭🛐🛐
Ameen.
Waaqayyo ayyaana isaa siif baayyisu.
Waaqayyoo sii eebbisu, jabaadhu.
Eebbiifamii ❤❤❤❤ kana caalaa ayyaanni siif haa baayya'atu
Amen ebifamii ebifamii waqayoo dachaa isi haa ebbisuu ❤❤❤❤❤
Ameen Ameen. Ebifami dachan jabadhu
jabadhuu waaqyyo si haa eebbisu
Amma har,attii lafa nan kenyee Naan gargarteta ammen Ammen Ammen ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ ameen ammmmmmeeen ebbiifamii dhuga waaqayyoo si ha ebbisu
Ameen ayyaannisa dachaa siif haa baayy'atu
Amen amen amen amen amen ebbiffamii ebbiffamii dachaa dachaa barif jirenyii kee yaa ebbiffamu hadhoo jabadhuu jabduu koo mucaa kakuu 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyoo baratii qabduuma hunduma haa ebbissuu ammyyuu kana calaa ayyanasa siihabayyissu
Dachaa ayyannii isaa sif haa baayyatuu
Ameeen ebbifamii jabadhu waqayyoo garridha
Ammeen Ammeen Ammeen 🙏🙏♥️ Ayanisa sif ha bayaatu lubbuu dhugaa qufuun dadhaabe sagaalee kee
God bless you you are our blessing.
❤❤❤❤ ameeen lubbuu tiyyaa ayyanii gofta sirra.jira jabadhuu
Uuuuuuuufffffeeee eebbifami ayyani qabetti koo
Ameeen ebbifamii hadhoo koo ❤❤❤❤❤
Ammalee waaqaayyo ayyanasaa siif haa dabalu jabadhu.
Ameen Ameen Ameen ebbifami ambo koo
Jabduu kiyya jabaadhu Ayyaani waaqayyoo kanuma caala siif haa baayyatu ❤❤❤❤
Baayyee ebbifami ayyani sii haa dabalamu itti ebbifameera!!!
ammeeeen ameeeenii
Ameen Ameen Ebbiffammii Ebbifamtuu koo ❤
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen waaqayyoon gaariidha maqaan isaa haa eebbifamu ammayyuu dacha dachaa ayyaana isaa siif haa baay'isu simboo koo ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffeeeeeeeeee Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii qaxalee kiyyaa jabadhu ayyanni waqayoo siif haa baya'atu
Haleeluyaa yesus jiraata dha eebbifami koode koo
ebbifmii ebbifmtuu ko warii gara isaa ilalnii badanii bekanii baga gargarmtee 🙏🙏🙏
faarfannaan kun bareedaadha, jaalladheera, jabaadhu ammayyuu, garuu mee xiyyeeffannoo faarfannaa kee waa'ee ofii keetii gochuu caalaa kutaawwan macaafa qulqulluu fi Kiristoos irratti xiyyeeffachuudhaan dhugaawwan gadi fagoo fi dhoksaawwan faarfachuutti akka ceetuuf nus siif kadhannaa atis cimi jabaadhu
Wallaalaa wayi
@@MisganuFikadu-fq8fs beekaa wayii hamma beektummoo mee fidika moo daboo kadhatamte, ofta'uu bari. Maaliif akkan jedhes bari,.....
Ebifamii hama dhumatii dhbadhuu ❤❤❤❤❤jabadhu
Ameeen Ameeen ebbifamii dachadhan mucaa dibataa 📖📖📖📖♥️😘♥️😘😘🙏🙏
Baay'ee ittin ebbifame Farfana kee human Guddaa qaba simboo koo
Barakee Waaqayyoo haa eebbisu.
Eebifaamii waaqayyoo baraf jireenyaakee haa eebisuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Eleeleelleelleeee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Gooftaan Kanumaa Callaati Cimbisee Sii Haa Babuu Gooftaan koo Yesus kirstos!!!!!!!!!
Waaqayyo sii haa eebbissuu simboo. Akkaa maqaa keeti
Waqayyoo sii haa guuddisuu
Ebifamii simboo Koo Deena wal fakkata qabana waqayyoo gariidha hunduu garumaf
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifammi kaa mucaa waaqayyoo 🎇🎇🙏🥰🎇🎇
Ameen ameen ameen ebbifamii ayyaani kuni dachaa dachaan sif haa baay'atuu❤❤
Dhugaa dha ebbifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ammeen Ammeen hadhookoo jabbadhuu kana calaa Hayan sif abayatuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen 🙏
Eebbifami!