BARAARAMEERA: GAMMACHUU ALAMAAYYOO/MAAMMEE

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024

Комментарии • 566

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba 18 дней назад

    Ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ebifamii gudaa waqayoo waqaraa ayyana isaa sirtii ha dhangasuu❤❤❤🙌🙌🙌💯🎶🎶

  • @arifashak6072
    @arifashak6072 5 лет назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen dutii nuu hin nyanne baraarameera galanni fi ulfinni Waqayyof haa ta'uu

  • @masaratmasarat4316
    @masaratmasarat4316 5 лет назад

    Dhuguma harki isaa lafaa na kaase dhugaa faarfanna kana faarsee quufuu dadhabe Amennnnnnnnn jesus is love

  • @temesgenhordofa8352
    @temesgenhordofa8352 2 года назад

    Eebbifamaa, Hedduu namatti toltu Goototakoo! Cimaa!

  • @duretihordofa2884
    @duretihordofa2884 6 лет назад

    wwaqayyoo siin haa ebbisu.................. ijoollee shammaranis hedduu miidhagu garuu sirbaa faana wal nuu jala fakkacha jira waan te'ef shubbisi kun xinnoo ittu hhirate gaariidha................ i know cubbu miti garu warra biyyaa lafaaf gufu ta'u in qabnu phuwolos foon nyaachuun koo obbolessa koo ni dogogorsa taanan naan dhiisa jedheera mitire.................. AT ALL BLESS U

  • @kebedegalesa9058
    @kebedegalesa9058 5 лет назад +7

    wow men how can I describe God 's glory for you. just glad to God for having him .you have already blessed with him .thank you Lord for blessing them!

    • @AbdiiGoofta
      @AbdiiGoofta 3 года назад

      Kebede maatii nafii ta'ii lubbiyyee

  • @iyasusikirstos263
    @iyasusikirstos263 4 года назад +1

    Ufffiye ebifama ebbifami ebbifami Kanan cala ayya waqayyo sif haa bayyatu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👈👈👈👈📖📖📖📖📖👈👈👈

  • @ayyyaantuubaayisaa6732
    @ayyyaantuubaayisaa6732 3 года назад

    Ameen ameen ameen waqaayoo dacha dabalee aynaa isaa sinf ha bayisuu ebifamaa ulfadhuu motii nagaa ko ❤️❤️❤️❤️❤️📖🙏🤲💯

  • @fantuubaqanaa6313
    @fantuubaqanaa6313 5 лет назад +4

    Ameeeeeeeeen ebbiifamii dachaa dachaa wa,e kottiif siimallee enyuure kaan rebaamee uuuuuufffffffeeeee dadaaballee dadaaballee sii ha,ebbiisuu farfanaanke bayyee namattii Tolaa 💕💕💕💕

  • @bontuugazuu1348
    @bontuugazuu1348 3 года назад

    Ameeeeen dhugadha kan akkasa namaf ta.uu hin jiruu ebifamaa ebifamaa gofitan isin haebisuu

  • @mihiretginbar5973
    @mihiretginbar5973 2 года назад

    Amen 🙏 🙏 Amen 🙏 🙌 👏 eebbifamaa. Ammayyuu dachaa dachaa siin haa daabaluu Ayyannaasaa hamma dhummaatti siin haaa dhabuu manasaa keessa. Yeroo dhufaatisaatti siin siin yaddaattuu mootummaasaa keessatti

  • @beliyuendaleeshate5603
    @beliyuendaleeshate5603 4 года назад

    Ameen Ameen Ameen Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah galaanii abbakeenya Eyyasusi yaa tahu ammas ammas ayyaana waqayyoo isiinif yaa bayaatu ebbifamaa

  • @yobsiiwakjira5324
    @yobsiiwakjira5324 5 лет назад +3

    Ebbifaamaaa dacha dacha sii haa ebbisuu waaqqayyoo

  • @ለወገኔሚዲያ
    @ለወገኔሚዲያ Год назад +1

    Amen amen geletome gofitako

  • @hzhshzhsj9423
    @hzhshzhsj9423 5 лет назад +4

    Amen Amen Amen Amen Amen Eebbifamaa farfaatotaa keenyaa waaqayyoo sin yaa Eebisuu

  • @galooabdikooyesuus3268
    @galooabdikooyesuus3268 6 лет назад

    Ameeen Ameen eebbifama obbolota koo galaani fi ilileen akkasumas shubbisini umma keenyaaf yaa ta'u jechaa isiini garuu farfatooni baraa kana tokko tokko maloo tarii isinif galee shubbistu ta'a garuu saba hin amaninif yoo yaane maal qaba phawulos lalaaba isaa kessati foon nyaachuun saba biraa(obbolotta koo) guufachisa yoo ta'e foon nyachuuni anati yaa hafuu jedhee mee maloo dhisaa malii faarsaan bara durii shibishaba fi ilileen guutame suni humna akkami fi ayyani akkami akka irra jiruu isinuu bekktu ammayyuman shubisuun farsuu mitti please waanta kan farfatooni akkas gootan siresaa waraa hin amanini fakkenyaa ta'a.

  • @chalidaba3188
    @chalidaba3188 3 года назад

    Ammeen ammeen ❤️❤️❤️❤️ hin daagatamuu Kee gooftaa ullfaadhuu abbayee💔💔💔

  • @lilisamuel1598
    @lilisamuel1598 2 года назад +1

    qaneqawen alechim gn mesimate alesalachem I LOVE THIS SONG

  • @asfawdese5298
    @asfawdese5298 3 года назад +3

    I am glorifying God by this song always.
    Blessed singer

  • @asteryesusjesusislond643
    @asteryesusjesusislond643 5 лет назад

    Ameeeeeeen elelelelele ofii irratii sii arigee gaaridhaa naafii ta.eraa manii kee daribaa demmaa galatomii waqa koo na naa boqochisitee 🤲❤❤❤🙏🙏

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official 5 лет назад

    Ba'aakooo narraaa kaastee haara na galfachiiste
    Galatoomi Waaqa koo naanoo na boqochiistee
    Maammmee....bless you again and again!

  • @chalafikirutolesa3248
    @chalafikirutolesa3248 5 лет назад

    dhugaadhaa anaan baayyee nattii tolee waaqayyoo ayyanaa isa siif ha baayisuu mammeekoo

  • @bekanejete9852
    @bekanejete9852 3 года назад +1

    Farfatotaa kenyaa nuuf jiradhaa ameren

  • @chosensonthankyoujesus2491
    @chosensonthankyoujesus2491 5 лет назад +12

    Praise the living Jesus!

  • @ganetmucaaiyesusiyesus3909
    @ganetmucaaiyesusiyesus3909 6 лет назад +1

    Ameen Ameen dutto naa nyanne bararamera ebbifamaa dacha

  • @nardosgatachew1455
    @nardosgatachew1455 5 лет назад +1

    Bariichatuu bara milkoom itti baaayetee ulfinaa keessaan gatatii kan waqaayoo mulisaa .garuu hafuraa fi dhugaan haa ta'uu .!

  • @lilogemechu7470
    @lilogemechu7470 6 лет назад +1

    waaqayyoo gooftaan koo isiin haa eebbisuu eebbifamaa isiin ijoollee waaqayyoo warra sirbaa qulqullaa isaa kan daawitin fakkaatu sirbuudha malee ijoollee abba dukkaanafi warra sirbaa mitti ijoollee waaqayyoo warra adunyaa ibsaanidha malee

    • @destaararsa5754
      @destaararsa5754 5 лет назад

      👍👍👏👏👏👏👏👏👏👏👏💙💙💙💙💙

  • @fadel3969
    @fadel3969 5 лет назад

    Ammmen ammmen ottuu atti na gargartuu an ijaa kon argee raa uuuuufffff yaa waqaa koo galanii sif ha ta'u oboleessaa koo mucaa abba koo guddaa waqayyoo baraa kee haa ebisuu ebifamaa 📖📚❤❤❤❤

  • @asmaraayana.7083
    @asmaraayana.7083 4 года назад

    Ameen Ameen ebbiiffammi waqayyoo ayana Sif haa baayissuu uffeeee

  • @100galla6
    @100galla6 11 месяцев назад

    I think now I know 100% I belong here. But I just don’t know how can I openly be…. Soon hopefully. Bless all of you guys

  • @hanatube8374
    @hanatube8374 5 лет назад +1

    Farfannaan kessaan baredaa Eebbifamaa garuu shubbisaa sirbumafaa fana tokko gotaan maloo iiiccciiii

  • @etgfgg7473
    @etgfgg7473 Год назад +1

    Ameeeen Ameeeeen Ebifamaa Ebifamaaa🥰🥰🥰🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽

  • @milkiiyosef7521
    @milkiiyosef7521 3 года назад

    Gocha kee himee hin fixuu ani,isatti naaf oolte ❤❤❤Ayyaanni sif haa baay'atu

  • @elissaiyassu8775
    @elissaiyassu8775 4 года назад +2

    Amen amen amen 📖🎤🎸🎺🎷🎻🙏🙏🙏be eyesusi sim tebarekuu ❤️❤️❤️🙋

  • @rosinatube9937
    @rosinatube9937 5 месяцев назад +1

    wow wow ዘመንህ ይለምልም ወንድሜ ብርክበል 🙏🙏💕🍀🌷💐💕😍💚😍😍💚😍💚😍💚😍💚😍🌷💕🍀🍀🍀🍀🍀💐💐💐🌴🌴😍💚💚🍀

  • @ofiinbontuhintalashawaa1238
    @ofiinbontuhintalashawaa1238 4 года назад

    uuuuufffffeeeee bari fi jireenyi kee haa eebbifamu 😘😘😘😘😘😘

  • @ganamealiyyithankyoujesus9993
    @ganamealiyyithankyoujesus9993 6 лет назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifammi .ofiirrati sii argee abba koo. Gocha kee hime hin fixuu. Ebbifammaa ebbifamma dachaa dachaa dachaa. xiqqoo sirreessa sirbaa fakkatee gooftaan sii haa ebisuu ebbifamma

  • @adamugadisa5037
    @adamugadisa5037 5 лет назад

    wwwwwwwwwww akka malee namatti tola dhugaa waaqayyoo dacha isin haa eebbisuu ayyaanni isaa isiniif haa baay'atuu faarfattoota keenyaa eebbifamaaaaa guutuu malkeeeeehundumti keessanuu

  • @leliseqalibesa3178
    @leliseqalibesa3178 4 года назад

    Amen ebbifami dachaa dachaa dachaa dachaa ebbifami ebbifami jechaa dhabaa Kan kee yesuus uuuuufffffiii maal Akka jedhu waa'ee Keef nu jechaa lubbuu kee laate ebbifami baraa baraa

  • @tigesttashome1062
    @tigesttashome1062 5 лет назад

    Ameen Ameen ...galaattoomii waqaa koo. nano boqichifttee..... waqaayoo dachaan dachaan sa . eebbisuu.......ameen.

  • @bonotuintalashawaa2146
    @bonotuintalashawaa2146 5 лет назад

    Waqayyo.abbani.koo.sii.haa.ebisu.bayyee.nama.tola.farsani.kee.biyya.ala.jira.anii.jabadhu.

  • @razamalll9776
    @razamalll9776 5 лет назад

    Ebifamaa bayee namati toltu ijole waaqayyo

  • @zufaanjifaronamakaku5157
    @zufaanjifaronamakaku5157 6 лет назад

    Ammmmeen Ammmeeen naga ko yae hin dhumnee iyesus koo atii anaaf huuuuuuufffffff 🙇🙇🙇🙇wedu galata an sif fideraa duti nanyane bararameeraaaaaaaa
    Ashuuuuuuuuuuu😄😄😄Ebiifaama sanyii koo hundi kesanuu ❤❤❤❤

  • @danielbayissa7793
    @danielbayissa7793 2 года назад

    Dhugaadhaan baraarameera! Eebbifamaa!

  • @betyaxiru312
    @betyaxiru312 4 года назад +1

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeen waqayyoo baraf jirenya kee haa ebbisuu

  • @chosensonthankyoujesus2491
    @chosensonthankyoujesus2491 4 года назад +1

    Amen. Let the Princess of Peace be glorified, magnified, honoured, and adored forevermore! Praise God! God bless you brethren. Shalom!

  • @صالحمحمد-خ2ز9ذ
    @صالحمحمد-خ2ز9ذ 4 года назад

    I
    iiiiiseeeeeeeyy Iyasus
    Ammmeeeeen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
    Ebifama🎤🎤🎵🎵🎵🎵

  • @negesseteka7569
    @negesseteka7569 Год назад +1

    Heavenly song! God bless you!

  • @darartutache6492
    @darartutache6492 6 лет назад

    Wow bayye namati tolla dhugga ebbiffamaa akkasi waaqayof shubisun bayye namati tola dhugga

  • @motidabala5134
    @motidabala5134 5 лет назад

    eebbifamaa obbolootakoo! hamma barabaraatti faarfadhaa!!!

  • @daniellami6760
    @daniellami6760 5 лет назад

    Faarfannaan kun baay'ee nama eebbisaa dhugaa isaa hubaatee dhaggeeffateef galatoomiiii

  • @simboabebe5460
    @simboabebe5460 5 лет назад

    Biyyaa lafaa irraa addaataa.a jedha sin garuu itti citaani shubistuu abet getawo ate kazi sewuregn

  • @FamilyChannel7-37
    @FamilyChannel7-37 6 лет назад +3

    Ijoo Artii dha! Dinqii dha! Sochiin hundii iyesusiif! Haa ulfaattu inni! Eenyuttu sorbituuf kenne? Hunduu isaaf!!

  • @obsechala5201
    @obsechala5201 6 лет назад

    Ameen ameen ameen uuufffeee bararamneeraa iyeesusin waaqayyoo saa ebbisuu

  • @fh7860
    @fh7860 5 лет назад

    Galatoomi waqayyoo. Koo naa boqochifte
    Ebifama.oboltaa koo waqayyoo sii haa ebisu dachaa dachaa

  • @amanuelmekuria6613
    @amanuelmekuria6613 5 лет назад +2

    ebifamaa waaqayyoo isiin haa ebisuuuuuu

  • @lenseaabu5533
    @lenseaabu5533 5 лет назад +1

    Ijoollee kakuu akkami namati tolutu Amma dhumaati waqqayyoo siin haa gargaruu

  • @Zinash-d8j
    @Zinash-d8j 10 месяцев назад

    ❤Eebbiifaa❤❤❤❤❤mucaa yesuus .
    Tanks for God ❤❤❤

  • @garumakebede7615
    @garumakebede7615 6 лет назад +4

    Gooftaatu eeyyamee akka dabarruu,Jalloota waliin wal hin agarruu!!!!!! (Galatoomi Yesuus)

  • @abdifeyisa7142
    @abdifeyisa7142 5 лет назад

    dhugaa dubbachuuf natti hin tolle, faarsaan akkas taanaan yoo isinitti hafee wayya

    • @ghadafahed4989
      @ghadafahed4989 27 дней назад

      maaf jeettee amaanttiinkee maaliidha isaanoo ummaa isaanfarsuu silaa siihaa yaaddaattuu gooftaankoo ameen jeedhii

  • @baliabara312
    @baliabara312 3 года назад

    waaqayyoo ayyaana ofi isaa haa baayyisu!

  • @ADUGNATUBE
    @ADUGNATUBE 6 лет назад

    Baay'ee bareedadha jabaadha garuu yeroo Hundumaa hojiin keessan kadhannarratti kan hundaa'e haa tahu

  • @soressadereje8400
    @soressadereje8400 4 года назад

    Waaqayyoo isin haaEebbissuu Dachaa dachaa

  • @bulibeyene8761
    @bulibeyene8761 5 лет назад

    anii ijoolee keenyaa kana waaqayyo nuuf haa eebisuu nuuf jiraadha dabalaa deema hafuurati

  • @magarsabaqala374
    @magarsabaqala374 5 лет назад +6

    Uffee! Uffee siniin haa jedhu waaqni keessan. Jaalladheera!

  • @kkookeetadisu2475
    @kkookeetadisu2475 4 года назад +4

    Kookeet Adisu
    Ammen ameen dacha dacha ebifamii

  • @biretutaye4382
    @biretutaye4382 5 лет назад

    Ameeeen Onnee Koo nabooji'eera Jaalalli 'ati naaf qabdu Yesuus

  • @diboraameeenameeendibora7490
    @diboraameeenameeendibora7490 6 лет назад

    waaqayyo isiin yaebisuu bayyee namatti toltuu farfannaa keessanin ebifamera

  • @tamirugadisa5516
    @tamirugadisa5516 5 лет назад +1

    waqaayyoo isin haa eebbisuu

  • @amanuelhirkooyoutubepage7743
    @amanuelhirkooyoutubepage7743 5 лет назад +2

    Ebbifama!

  • @Addu-show
    @Addu-show 5 лет назад

    Goftaan KOO Guddaaaaaa Si'aa Ebbisuu Kanarraa Kan Caalu Ayyaanasaa Siifhaa Bayyisuu EBBIFAM NAMA GOFTAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAA

  • @fasoo1973
    @fasoo1973 5 лет назад +1

    Eeyye duti na nyane bararamera jala bahera ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ellllllllllllllllll elllllll ellllllllllllllllll ebbifami ebbifami wedu si fidera

  • @100galla6
    @100galla6 11 месяцев назад

    Gaallaatoomi waqa koo..! ❤

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara2437 6 лет назад +5

    Oftuullumaan jalaqabaa kufatiti jabbadha ebbifamaa

  • @betyaxiru312
    @betyaxiru312 4 года назад

    Leeeeeeeeeeeeeee ameeen uuuuuuufff kanka iyasus hin jiru bee galata kee abbiye kooooo

  • @yonasabera9834
    @yonasabera9834 4 года назад

    Ameeeeeeen eebbifama ayyaanniii sinif haa bayyaatu!!!!!!!!!!!!

  • @ratnakumar6599
    @ratnakumar6599 3 года назад

    Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ebbifamii mucaa kakuu

  • @kassahunbekana8874
    @kassahunbekana8874 5 лет назад

    Waaqayyo isin haa eebbisu....

  • @gedagobena2181
    @gedagobena2181 5 лет назад

    dhugaa waaqayyo ammayyuu ayyaanasaa siif haadabalu Gammee keenyaa jabaadhu

  • @yosefteferi3019
    @yosefteferi3019 5 лет назад

    Maammeekoo Baayyee namatti tola ammaallee ayyaannisaa siif haa baayyatu!

  • @jituufirrisacell6655
    @jituufirrisacell6655 5 лет назад

    Dhifama garuu maalif. akkaa sir aatii bastuu subbisaa keessaanii siieessaa

  • @tigistmulisaa8225
    @tigistmulisaa8225 6 лет назад

    Uuuuuuuffffffffeeeeee nanoo na boqochiftee Ebbiffammaaaaaa dacha dachaa darbaa deemaa

  • @boontuumulisaa6475
    @boontuumulisaa6475 3 года назад

    Wowowowo Ameeeeen Ameeeeen Ebbifama Ebbifama hundumti

  • @abrahamabebe5482
    @abrahamabebe5482 4 года назад

    Wow!!! From Nigeria. I don't understand you but your music has a profound impact on me!!!

  • @desitayoutube7063
    @desitayoutube7063 3 года назад +1

    Ammaen ammaen ebbifami nama waqayyoo 💞😘

  • @birkeanbasebilobontubonsit8871
    @birkeanbasebilobontubonsit8871 4 года назад +1

    👉🎊💜💚♥💛Amen dhugaa Kan Akka isa naaf ta'uu hin jiru🙏🙌👈

  • @salem4086
    @salem4086 2 года назад +1

    Nice voice WoW wow wow wow wow bless you brother ❤️

  • @icallservice7403
    @icallservice7403 3 года назад +1

    Ebifaama

  • @abelgebreab2880
    @abelgebreab2880 4 года назад +7

    I love to listen orominga song even i didn't understand from Eritrea

  • @waadaadarajjee60
    @waadaadarajjee60 4 года назад

    Eebbifami nama waaqayyoo farfata

  • @fasoo1973
    @fasoo1973 5 лет назад +1

    Yes qaxale muca gofta ebbifami

  • @lamuuabdiisaa7749
    @lamuuabdiisaa7749 6 лет назад +6

    Woow, God bless!

  • @alamitodachaadachaaebifaam3316
    @alamitodachaadachaaebifaam3316 5 лет назад

    God bless you farfanaa nama haresuudhaa gaaruu sochi keessani sirreffaadhaa warra lafaa irraa addaa basaadhaa

  • @hannagoddanna8324
    @hannagoddanna8324 6 лет назад +2

    Ebbifamaa maqaa yesuusiin ❤

  • @dawittolasa375
    @dawittolasa375 6 лет назад

    Eebbifami waaqayyoo Si'aa Eebbisu.

  • @tolliilovejesus7651
    @tolliilovejesus7651 5 лет назад

    Uuuuufffeeeeeeeeee
    Ameeeeeeeeen
    Ebbifamaaaaaaaa
    Goftaa koo gatamee hin afuumee hin barbadamaa
    Ameen

  • @mansourgennetlovejesuscell2350
    @mansourgennetlovejesuscell2350 6 лет назад

    Ameeeeeen Eebbifamii dachaa Farsaa baay'ee namati toludha😍

  • @ማርቲፍቅር
    @ማርቲፍቅር 6 лет назад

    Ameeeen ameeen ameen
    Uuuuuuuufe nani na boqochifte ameeen ameen ameeen ameeen
    Iliiiililiiii iliiiiiililiiiii iliiiili 👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌🙌🎶🎶🎶🎶🎶🎧🎤🎤🎷🎷🥁🎺🎻🎹🎸🎸🎙💕💕💕💕💕💘💘💘💘
    Wedddu galata ani sii fidera yesuse ko uuuuufi abba ko
    Ebifama obbolotani ko hundumtii kessanu waqayyo sii ha ebisu ebifama..........💕💕💕💕

    • @soussous5392
      @soussous5392 5 лет назад +1

      Burtukni. Calaa. Ebifamii. Waqayoo. Galanii. Anii. Akaa. Sijedhee. Bayee. Iyasusisi. Njalata. Kanafi. Guda. Ebifamii 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏
      Burkanii

  • @masiiOLumadhaguddinikoo
    @masiiOLumadhaguddinikoo 3 года назад

    Ebbifamaa Ebbifama

  • @singitandereje9683
    @singitandereje9683 6 лет назад

    Ameeeeen ebbifama
    Dhifama garuu xiqqoo sochiin fi uffaani keessaan waruma sirbani wajjiin waal fakate please otoo nuuf siresitanii garagarummaa dhabeem