THANKS ISA QOFAA TUU NUU JAALATAA HINS HOJII IRRA JIRA JABADHA KAN ISA OLI HIN JIRUU!EBIFAMAA ISA KARA DHUGAA FI JIREENYAA NUFI TAA FI GALATA IRRA TIE GALATAA LACHUU DHA!!!
Salphinaa jennani didee ulfinni na argate himeen fixuun kansaa dhalootaatti dhama'aa hamman lubbuun jiruutti garuumman isaan himaa tokko tokkon lakka'ee kan gatii namaa kan baasuu cufaamee saqee kella jigee inni kasuu really bless and wish you more anointing
Uuuuuuuuuuuuufffffffeeee ameeeeeeen waqayo aban ko kan cala dibata sa sif ha dhangalsu muca kaku din kenya badu kenya ega yesus garu ulfina fi simbo isa nu ufise ha ebifamu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Roughly translated into No burden anymore on me It has been lifted up x2 No debt anymore for me It has been paid in full x2 I walk holding my head high Just like my fellow friends Sadness has gone My face is shining Nowhere could they be found all of my accusers He made them leave me alone God chased my enemies away Wanting to see my humiliation They called each other from allover And showed up together But things turned around. My Lord with his fingers Stooped down and wrote Called me his kingdom's inheritorheir And shamed my accusers He sent away my accusers Told me to look up, it's getting brighter My enemy pushed me and I fell into my father's hands It was meant to humiliate me but glory found me Can't finish telling his deeds I will pass it to generations As long as I am alive I will tell his kindness On the earth, in the heaven There is no one like him... He Shines light on a darkened hope No one like him... He closes a grave and declare life No one like him.... He comforts a saddened heart with joy No one like him.... blinded eye for crying hard, he opened it with a song No one like him.... He who counts every deed and paysrewards accordingly Opens a blocked path and rebuild a fallen wall Is there really anyone like him ×4 He who sees thoughts beyond words of mouth He who builds a bridge with rocks collected for burial Is there really anyone like him ×6 POEPLES TUBE GOD BLESS YOU$WAKJIRATUBE
Roughly translated into: No burden anymore on me It has been lifted up /x2 No debt anymore for me It has been paid in full /x2 I walk holding my head high Just like my fellow friends Sadness has gone My face is shining Nowhere could they be found all of my accusers He made them leave me alone God chased my enemies away Wanting to see my humiliation They called each other from allover And showed up together But things turned around. My Lord with his fingers Stooped down and wrote Called me his kingdom's inheritor/heir And shamed my accusers He sent away my accusers Told me to look up, it's getting brighter My enemy pushed me and I fell into my father's hands It was meant to humiliate me but glory found me Can't finish telling his deeds I will pass it to generations As long as I am alive I will tell his kindness On the earth, in the heaven There is no one like him... He Shines light on a darkened hope No one like him... He closes a grave and declare life No one like him.... He comforts a saddened heart with joy No one like him.... blinded eye for crying hard, he opened it with a song No one like him.... He who counts every deed and pays/rewards accordingly Opens a blocked path and rebuild a fallen wall Is there really anyone like him? ×4 He who sees thoughts beyond words of mouth He who builds a bridge with rocks collected for burial Is there really anyone like him? ×6
Thank you for 2 Million Views!!
ssa
i have question is this pente or orthodox
@@kiyyahararghe6043
Aaqqaaqqqqqaaaaqqaqaaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqqqaqaqaqaqaqaqaqaqqqaqqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqqaqaqaqaqaaaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqqqaaqaaqaqqaqaqaqa+aqaqaqa+aaqaaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaaqaqaqqaqaqaqqqaqaqaqqaqaqaqaqqaqaaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaqqaqqqaqaqaqqaqaqaqaqqqqqqaqaqaqaqaqaqaqaqaqaaqaaqaqaqqaqaqqaqqa+qqaaaqaqaaqq+qqqq++qqq
God bless you brother. Stay blessed
Thank you for loading this video!!!; God bless you
Uffeekaa! Akkisaa eessuma jira ammaa! Hin jiru hin jiru hin jiru dhugaa, hin jiraatus!
Hi falimataa
THANKS ISA QOFAA TUU NUU JAALATAA HINS HOJII IRRA JIRA JABADHA KAN ISA OLI HIN JIRUU!EBIFAMAA ISA KARA DHUGAA FI JIREENYAA NUFI TAA FI GALATA IRRA TIE GALATAA LACHUU DHA!!!
አሜን አሜን አሜን ክብር ለእየሱስ ይሁን
ዋው በጣም ደስ ትላለችሁ ጸጋው ይብዛላችሁ
ግን ቋንቋሁን አልችልም የሆሳዕና ልጅ ነኝ።
jiraaree akkisaa , dhakaa awaalaaf guurameen riqicha namaaf ijaaruu hin jiru dhugaadha.
Salphinaa jennani didee ulfinni na argate
himeen fixuun kansaa dhalootaatti dhama'aa hamman lubbuun jiruutti garuumman isaan himaa
tokko tokkon lakka'ee kan gatii namaa kan baasuu cufaamee saqee kella jigee inni kasuu
really bless and wish you more anointing
Wowwww waqayyo si ebisuuuu dachaaaaa dachaaaaaaa
ጌታ ይባረክ ወንድም በጣም ደስ የሚል መዝሙር ነው ደግሞም ታላቅ የእግዘብሔር ሰው ሌላ ቅባት ይጨምራ አሜን♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Memi Ertabo amen
Love❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ebifamaa dachaa 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Faarsaa kana al 15 ol dhaggeeffadhee quufuu hin dadhaabe waqnii sihaa eebbisu farsaa laphee nama jiisuu ebbiifamii
uffee ani boqodheeera gooftaan dabaale dadaabalee aayana kana siif hadaabaluu bro koo
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN
Wow all languages for Jesus glory for our king of king Jesus
solomon kirub bless u bro
we r blessed
@@efadesisa efadesisaocil
❤❤❤
Ameen Ameen Waqni Waaqotaa sihaa eebbisuu Ayyaana siif haa dabaluu
Let the living souls Praise the living Jesus for everything that He has done for us. Oh King of Glory blessed be Your holy name forevermore. Amen.
Ifaa waaqayyoo dachaa sii Eebbisuu farfannaa bareeda akka si nuuf qooduu keetif ulfadhu jabaadhu!!!
እግዚአብሔር በጣም በጣም በጣም ይባርክ !!!
Waqayyoo abban si ha ebbisu mucaa goftaa
@Dingo Shobo ,thanks for translation always be blessed and the whole group
Waaqayyo si ha eebbisu gooftaadhaan obboleessa koo. Faarfannaa keetiin baay'iseen eebbifame.
Amazing song God bless you
Jabadhuu kan caalayuu ganaa waan bayye hojjetta goofta sii wajjin haa ta’uu eebifami
Ameeen Ameeen ebbifama ijolee waqayyo ebbifama dachaa dachaa dabale isinii haa ebisuu bara keessani hundumma💖💖👏👏👏👏👏👏ililililililililililililili
Obese koo mati naf ta.ime
Waqaayoo baraf jirenyaa kessan haa ebbiisu beerutii irra
Thank you for 1Million Views!!
Uuuuuuuuuuuuufffffffeeee ameeeeeeen waqayo aban ko kan cala dibata sa sif ha dhangalsu muca kaku din kenya badu kenya ega yesus garu ulfina fi simbo isa nu ufise ha ebifamu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
You too!
Sbhd Bxbdhs waa
Samuel Girma Official nnj
@@SamuelGirmaOfficialyoutube eebbifama
oljedheen deemaa akka hiriyyaa koo!!!
Tamane ebifami mati naf ta.ime
Ameeen farfaata bayye jallannu waqayyo sii haa ebbisu hadhessitu koo ofee ballese Iyeesusen koo haleluyya nama olfinaa nuu taasise
Amee ameen ameen siyaa heebiissuu amanuhellee kiyaa
00251917227482 t
Ameen !!!! Hadhessituukoo ofe ofe balessee biyaa ol jedhii ilaalii sifu lafti ref bari'ee
God Bless You More!!
waawu baayyee namatti tola galanni waaqayyoof yaa ta'u ammas gooftaan kanumarra si yaa eebbisu ayyanni dawwitiif kenname dachaan sirra yaa bu'u eebbifami nama waaqayyoo ittuma daballee siif ilaala faarsaa keen guddaa eebbifameera
heart touch song God Bless u.
Ameeeeuuuuuufffffeee
Uuuufffff yeroo hundumaa dhageefadhee hin qufuu waaqayyo jireenyaa kee haa ebbisuu ifaa
Uuuuuuf halii hundumtuu isaan maale hin mijaatuu mee ebifaami waqaayyoo baraa jireenyaa kee haa ebisuu kaana caala
I'm blessed with this best song thank you so much Ifa
❤❤
waaqayyo inni hundumaa dandahu ayyaanasaa isa dhuma hin qabnee isiniif haa baayyisu eebbifamaa!!!
guddaa eebifamaa
Muca kaku mati naf ta.e
Ameen ! Himeen fixuu kan isaa ohoo dhalootattin dhaama hoo,
Hamman lubbuun jirutti gaarummaasan hima
Ardiira , samiirraa akkisaa hin jiru gonkuma
Hundi keessan ,eebbifamaatii hafaa mana Waaqayyoo keessa jiraadha ! .
💜💜💜💜
Uuuuuuuuuffee himee fixuu kanasa aaahhhaa dhalotatani dhama Uuffeee hamaa lubbun jirutii Ammmmmeeen hin jiruuu maloo akkisaa ebbifama maloo dachaaaaa hundaa keessaan akkani ittii jalaadhuu uttuni isin fanaa hojii waqayyoo hin hojetin hin hafuu abdi qabaa uuffeee qufuu dadhabeee ashuuuuuuu
ijoollee kakuu ifaa desisa waqayyoo guddise issin haa ebbisu baaayee ebbifama
.
Wonderful!! The creative mind of the new generation Oromo spiritual youth is just turned on!! Good Luck.
Beautiful 👍👍👍👍 bless you
Galaannii Waqaayyoof haa ta'uu baraan baraan!!!
2019 bara harawwaa kanattii wantii keessaan hunduu yaa hara'uu maqaa iyesusin ebifamaa
Galatoomii
Teddy etyiopia music
Suraaiyesusufadhaaa
Ameen ebbifamaa
Muca kaku mati naf ta.ime
Himee hinfixu kan isaa............ hardii irraa samii irraa akkisaa hin jiru gonkuma Aaammmmmmmmmmmeeen
Amen Amen Amen ebefami dacha dacha🙏🙏🙏🙏
Feni koo mati naf ta.ime
Ameen, Ameen, Ameen!!!!!!Baay'ee waaqayyoo bara kee fi dhuma kee haa eebbisu abboo!! faarfaannaa dheebuu nama baasudha! jabaadhu ammallee Gooftaa tajaajiluu fi lubbuu coolagdee sooruuf hin boqotiin, gatiin kee isaa harka jirahoo!! ani dhageeffadheen quufuu dadhabeem!!
Hadheessituu koo oofee oofee balleesse biyyaa++++Ulfinnii na argatee.................................
Ba’aan narra hin jiru narraa bu’eera
Gatiin narra hin jiru koo xumurameera
Ba’aan narra hin jiru narraa bu’eera
Gatiin narra hin jiru koo raawwatameera
Ahaa haa, ol jedheen deema
Ahaa haa, akka hiriyyaa koo
Ahaa haa, gadduunis hafeera
Ahaa haa, ife fuulli koo
Ahaa haa, meerre hin jirani
Ahaa haa, hadheessituun koo
Ahaa haa, narraa oofeera
Ahaa haa, Gooftaan diina koo
Salphina koo ilaaluuf jedhanii, gamaaf gamasiin wal waamanii
Gaafa wal guuranii dhufanii, galagaltoo ta’e dubbiin
Gooftaan koo quba harka Isaatiin, gad jedhee lafatti barreesse
Dhaaltuu mootummaa koo naan jedhe, hadheessituu koo yeellaasise
Hadheessituu koo oofee, oofee, balleesse biyyaa
Ol jedhii ilaali, siifoo lafti reefu bari’a
Diinni koo dhiibee, dhiibee, mana abbaa kootti na gate
Salphina jennaan didee, didee, ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Dheebuu garaa namaa Inni argu, afaan dhiisee garaa inni ilaalu
Ol jedhii deemi naan jedheera, si achi ba’aan sirra hin jiru
Egaa maaliree amma sodaan koo, sin achi boquun gad nan cabu
Naa murtaa’eera naa murtoon koo, egaa kun ol iyyannoo hin qabu
Hadheessituu koo oofee, oofee, balleesse biyyaa
Ol jedhii ilaali, siifoo lafti reefu bari’a
Diinni koo dhiibee, dhiibee, mana abbaa kootti na gate
Salphina jennaan didee, didee, ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Ulfinni na argate
Himee hin fixu kan Isaa, Ohoo
Dhalootattan dhaamaa, Ohoo, ohoo
Hamman lubbuun jirutti, Ohoo
Gaarummaa Isaan himaa, Ohoo, ohoo
Himee hin fixu kan Isaa, Ohoo
Dhalootattan dhaamaa, Ohoo, ohoo
Hamman lubbuun jirutti, Ohoo
Gaarummaa Isaan himaa, Ohoo, ohoo
Ardii irra, samii irra, akki Isaa hin jiru gonkumaa
Himee hin fixu kan Isaa, Ahaa, ahaa
Dhalootattan dhaamaa
Hamman lubbuun jirutti, Ahaa, ahaa
Gaarummaa Isaan himaa
Himee hin fixu kan Isaa, Ahaa, ahaa
Dhalootattan dhaamaa
Hamman lubbuun jirutti, ahaa, ahaa
Gaarummaa Isaan himaa
Ardii irra, samii irra, akki Isaa hin jiru gonkumaa
Ardii irra, samii irra, akki Isaa hin jiru gonkumaa
Akkisaa, akkisaa, hin jiru, hin jiru, hin jiru
Akkisaa, akkisaa, hin jiru, hin jiru, hin jiru
Abdii dukkanaa’etti ifa Isaa kan baasu, akki Isaa hin jiru, hin jiru, hin jiru
Boolla du’aa duuchee kan jireenya labsu, akki Isaa hin jiru, hin jiru, hin jiru
Garaa gaddi miidhe gammachuun wal’aanu, akki Isaa hin jiru, hin jiru, hin jiru
Ija imimmaan jaamse faarfannaan kan banu, akki Isaa hin jiru, hin jiru, hin jiru
Tokko tokkoon lakkaa’ee, kan gatii namaa baasu
Daandii cufame saaqee, keellaa jige Inni kaasu
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Afaan bira dabarsee, kan garaa namaa ilaalu
Dhakaa awwaalchaaf guurameen, riqicha namaa ijaaru
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
Jiraaree?, akki Isaa jiraaree?
By Bayisa Guta
December 29, 2018
Madda Walabu University
👏👏👏👏👏🎤🎧🎹❤❤
Ebiifaamii
@@nardsoshifaraayuu4580😈😈
😈😄
@
Uffffffffffffffffff.............eebbifamii waaqayyo bara kee haa eebbisu!
Thank you Jesus father 🙏🙏🙏🙏🙏😇❤❤
Ameen waqayyoo Goftaan siin haa ebbiisu dachaa dachaadhaa
Roughly translated into
No burden anymore on me
It has been lifted up x2
No debt anymore for me
It has been paid in full x2
I walk holding my head high
Just like my fellow friends
Sadness has gone
My face is shining
Nowhere could they be found
all of my accusers
He made them leave me alone
God chased my enemies away
Wanting to see my humiliation
They called each other from allover
And showed up together
But things turned around.
My Lord with his fingers
Stooped down and wrote
Called me his kingdom's inheritorheir
And shamed my accusers
He sent away my accusers
Told me to look up, it's getting brighter
My enemy pushed me and I fell into my father's hands
It was meant to humiliate me but glory found me
Can't finish telling his deeds
I will pass it to generations
As long as I am alive
I will tell his kindness
On the earth, in the heaven
There is no one like him...
He Shines light on a darkened hope
No one like him...
He closes a grave and declare life
No one like him....
He comforts a saddened heart with joy
No one like him....
blinded eye for crying hard, he opened it with a song
No one like him....
He who counts every deed and paysrewards accordingly
Opens a blocked path and rebuild a fallen wall
Is there really anyone like him ×4
He who sees thoughts beyond words of mouth
He who builds a bridge with rocks collected for burial
Is there really anyone like him ×6 POEPLES TUBE GOD BLESS YOU$WAKJIRATUBE
Eebbifami broko
waaqayyoo saa eebbisuu ifaa deesisaa bara kee hundummaa rabbii si waliin haa tahuu isaa si gargaare biraa hin hafii..!!
Amen, Be blessed.
Abidi ebifami mati naf ta.ime
እረ ምን ይሻለኛል ምን አይንት መንፈስ ያለበት መዝሙር ነው ብሰማው ብሰማው አልጠግበውም❤❤❤❤ተባረኩልኝ ክብሩን ጌታ ይውሰደው❤❤❤
Amen Amen Amen dhifama ljolee waqaa
Uuuuuuuuuf baa'an naara hin jiruu akam garaa namaa cibsa farfanichii
Ebiifamii nama waqayoo
ameeeeee ameee ameeeeee ameee ebbifamaa dachaa
Muca kaku mati naf ta.ime
@@NagasiNNaggassi muca kaku mati naf ta.ime
@@wasanesefu1761 muca kaku malo mati naf ta.ime
Ameeeen Ameeeeeen Gudaa galatomaa namaa waqayyoo garaa namaa cibsaa farsaan keesaan Dachaa dachaa ebbiifamaa
You’re blessed 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Muca kaku mati naf ta.ime
@@ELSAGADOTUBE
maatii naaf ta`ii mee anis maatii siif ta`eeraa
Faarsaa tokkicha akka kumaa!!!!!!!!! Gooftaan ayyaana isaa siif haa baayyisu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Ameeeeeen uuuuffffffffyyyeeee 😭💖
Kadi
amen amen anenamen
ameen dhugaadha akkisaa hin jiruu uuffeeeeeee ulfaadhu waaqayyoo koo galatumti siif haa ta'u
999999999999999
stay blessed!
Uuuuffff ba'aan narraa hin jiruu bari jireenya keessan haa ebbifamau ameen ameen 😍😍🙏
Roughly translated into:
No burden anymore on me
It has been lifted up /x2
No debt anymore for me
It has been paid in full /x2
I walk holding my head high
Just like my fellow friends
Sadness has gone
My face is shining
Nowhere could they be found
all of my accusers
He made them leave me alone
God chased my enemies away
Wanting to see my humiliation
They called each other from allover
And showed up together
But things turned around.
My Lord with his fingers
Stooped down and wrote
Called me his kingdom's inheritor/heir
And shamed my accusers
He sent away my accusers
Told me to look up, it's getting brighter
My enemy pushed me and I fell into my father's hands
It was meant to humiliate me but glory found me
Can't finish telling his deeds
I will pass it to generations
As long as I am alive
I will tell his kindness
On the earth, in the heaven
There is no one like him...
He Shines light on a darkened hope
No one like him...
He closes a grave and declare life
No one like him....
He comforts a saddened heart with joy
No one like him....
blinded eye for crying hard, he opened it with a song
No one like him....
He who counts every deed and pays/rewards accordingly
Opens a blocked path and rebuild a fallen wall
Is there really anyone like him? ×4
He who sees thoughts beyond words of mouth
He who builds a bridge with rocks collected for burial
Is there really anyone like him? ×6
Dinqo Shobo bless you bro
Dini gadisisera waqayo
Dinqo Shobo God bless you thank you 🙏 for translating it this song
@@afaanoromosongs1930 Homaa Miti. Atis jabaadhu! Eebbifami!
@@PeoplesTube tole eebbifami guddaa
Woooooow baay'ee eebbifamaa! Ayyaanni Waaqayyoo kanuma caalaa siif haa baay'atu Ifaa keenya. Asaffaa atis baay'ee nuuf jabaadhu.
Dugo J Gadisa option
Aaaaaameeen ebiifaamii
Ameen Ameen ebbifamaa farfata ifaa ebifami Waqqaayyoo Bara kee haa ebisuu
Waaqayyo ammayyuu dachaa.sinhaaa.eebbisu
wooooooooow farfaannaa baayyee nama eebbiisuudha dhugaa waaqaayyoo dachaa isaa haa eebbiisu ammaayyuu
Ammeeeeeen
Ameeennn ameeennn ebfaamaa 🙏🙏🙏🙌👏🏾👏🏾❤❤❤❤
Mulunsh.yohand
Kadija koo mati naf ta.ime
❤
Wow bayyee namati tola waqayyo isin ha ebbisuu
Ameeeeeeeen" Ameeeeeeen"Hangafni Nagaa Yesuus Sin haebbisuu""""🎤👆🎵🎶
Maloomee ijookoo farfanna kana anumatu dhageefatee quufuu dadhabemoo ufeeeeeeeeeeee kaa!! Goftaan ufeeeeeeeeee sitii hajedhu ebbifama koo!!!!🎶🎶🎶🎶🎵🎧🎤💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜
@@ruutjesus7417 ameeeeeeèn atis ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo Si Ha Eebbisuu...........Farfaanna nama Boqochisudha Ba'an Narra hinjiru narra bu'era Gatiin narra jiru kankoo xumurameera!!
Ăměëĕëĕñnn eebbifamaaaa
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen kan akka waqayyo hin jiru uuuufffff faarfaanna bayye namatti tooludha waqayyo sii haa ebbisuu dacha dacha hallelujah elelelelelelelelelele ebbifaami
Bless you
amen tebarku hulachin
Waqqayyoo Ayyaanna isaa ayyaamayuu siraatii haa IRRANFATUU!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
JIRAAREE JIRAREEE KAAN AKKA WAQQAYOO HIN JIRUU AMEEEEEEEEEEEEEEEN
መዝሙር ለምንድነው ውዝዋዜ ያለው
🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐭🐭🐭🐎🐎🐎🐎🐎🐎🦍🦍🦍🦍🦍👞👞👟👞👞🗨️🗨️🗨️🗨️🕶️🕶️🕶️🕶️🕶️
Uuuuffeee salphina koo ilaluuf wal gurrani yoo dhufani uulfinati jijiree gooftani haleluyyaa ba'an narra jiruu esseessssyyyyyyyyyyyyy eebbifama maati Waaqayyoo
Wowwww farfana kuni dhagefamee hin qufamuu!🙆♀️😭😭😭🙇♀️😘 Ammeen ammeen Ammeen ammeen ebbifama ayyanichi dacha isfi haa bayyatu
I’m orthodox but I love this song 🙏🥰🥰🥰🥰🥰
ni faarsite aabbee sirriitti
Gooftaan daddabalee sii haa eebbisuuu!!! Baayeen eebbifamee!!!Ameeennnn
Uuuufffffffffeeeeee ebbifaamaa ijollee kakuu akkam namati toltuu gooftan baraf jirenya keessaan haa ebbisuu hin jiruu kan akkasaati❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ebbifamii dachan hadhoko
Ameen ameen hin Kan
Hin jiru Kan akka waqaa keenya waqayyomti isaan Haa ebbisu,ebbifama ijoole waqaayyo,
Waqayyoo sii ebbisuu ba aa narraa hin jiruu koo rawwaatamera
Farsaa kana bay,een jalaadhaa ebbifamaa ijolee waqqayo ameeen ameeen ameeen ameeen
waaqayyo ayyaana siif haa baayisu faarfanna nama boqochiisuun as baate
UUUUUFFFFFEEEEE EBIFAMIII DACHAA DACHAAAA NARAA OFERAA GOFITANII DINAKOOO
Ameen Ameen Waaqayyo Isin haa Eebbisu Eebbifamaa gooftaan hangs dhumaatti ayyaana isaan isi haa dhaabu
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqaayyo bara jireenyaa keessanii haa ebbisuu
wowww nama waaaqayyo nuuf jiraadhu ayyaanni gooftichaa dacha sirratti habaayyatu eebbifami
wwwwwww maaalin godha dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenyee waaqaayyoo dacha isin haa eebbisu
Eyyee. Hin. Jiru. Akkisaa. Dhaachaa. Eebbifaami ifaa desisaa
Wowowowo QonaQ alblkimi .Gine.tabrkhalo.wdjoche.tabike.amneeeeeeeamneeeeeeeeee
Maasimurriin kee maagibii koo nahaatee
akka nama tokko qofati miti##,nama farfanaa kana dhagefateeraa galataaa furdaa qabduu..##ammalee guyyaa guyyaan galanii iisaaf haa ta'u.,isinni moo addaraa akka hin irran fanne sababa keessanif dhalonni badisaa jalaa ni olaa,darbees umammni ni eebbifamma#kanaafuu ...yoo isinii danda'amee vidiyoo isarratii afaan inglifaani yoo hiktaanii dhaloonni afaan oromoo hin beknee dhagefachuu danda'uu,,,,thanks my god...unforgettable every time $help me&all human being
Faarfannaa hedduu bareedaadha. Eebbifami!
Eeyyee dhugaadha hin jiru akkisaa!
Bani Nara hin jiruu nara buera gatin Nara hin jiruu xummuramera Ammen Ammen dhugaa dha gatin nura xummuramera fanoo gubbarati
woow jiraaree akkisaaaaaa?
Hinjiru
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Galatoomaa