diraamaa Afaan Oromoo Summii sharmakee

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024

Комментарии • 283

  • @YNAOROTUBE
    @YNAOROTUBE  Год назад +33

    Hordooftota kiyyaa video kana Share like goodhaa

    • @mnbcx709
      @mnbcx709 Год назад

      😂😂😂😂😂😂

    • @nayiitube626
      @nayiitube626 Год назад

      😂

    • @abumuazshow9684
      @abumuazshow9684 7 месяцев назад

      9Kana booddee inni sagalee guddaadhaan, “Warri mandarattii adaban hundinuu adduma addaan mi'a waraanaa harkatti qabatanii as haa dhi'aatan!” jedhee waamuu isaa nan dhaga'e. 2 Namoonni ja'as kunoo, adduma addaan mi'a waraanaa isa ittiin balleessan harkatti qabatanii, karaa balbala kellaa isa gara olii isa gara harka bitaatti garagalee jiruu in dhufan; namichi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee, qodaa qalamii ittiin caafanii mudhii isaattii qabu tokkos isaan gidduu ture; isaanis ol lixanii iddoo aarsaa isa sibiila boorrajjii irraa hojjetame bukkee in dhaabatan.
      *2 10:2; Dan 10:5
      3 Ulfinni Waaqayyoo isa kan Israa'elis Kiruubel isa irra buufatee ture sana irraa ka'ee, gara buusaa balbala manichaa dhaqee, namicha uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee, qodaa qalamii ittiin caafanii mudhii isaattii qabu sana in waame. 4 Waaqayyo yommus namichaan, “Mandara Yerusaalem keessa adeemiitii adda namoota warra sababii wanti ciiggaasisaan as keessatti hojjetameef gaddanii boo'anitti milikkita godhi!” jedhe. 5 Ammas utuman dhaga'uu warra kaaniin immoo, “Isa booddeedhaan mandarattii keessa adeemaatii garaan keessan utuu isaaniif hin oo'in utuu hin hiliniifis rukutaa! 6 Iddoo koo isa qulqullaa'aatti jalqabaatii, jaarsa, dubartii, dargaggeessa, durba, ijoollee xixinnoo, ajjeesaa! Haa ta'u iyyuu malee, warra milikkita of irraa qaban keessaa nama tokkotti illee hin dhi'aatinaa!” jedhe; isaanis jaarsolii mana qulqullummaa dura turanitti in jalqaban. 7 Ammas isaaniin, “Manicha qulqullummaa xureessaa, reeffa warra ajjeefamaniis oobdii keessa guutaatii achii adeemaa!” jedhe; isaanis ba'anii mandarattii keessa naanna'anii ajjeesuu jalqaban. 8 Utuu isaan rukutaa jiraniis ani kophaa kootti hafee, adda kootiin gad gombifamee, “Yaa Waaqayyo gooftaa! Dheekkamsa kee isa Yerusaalem irratti dhangalaafteen Israa'el keessaa warra hafan hundumaa in balleessitaa ree?” jedhee nan iyye.
      *3 8:4
      *4 Mul 7:2-3; 9:4; 14:1
      *8 11:13
      9 Inni garuu, “Yakki mana Israa'elii fi mana Yihudaa sonaan guddaa dha; isaan ‘Waaqayyo biyyicha dhiiseera, Waaqayyo hin argus’ waan jedhaniif, biyyicha keessa dhiiga dhangalaasuun, mandarattii keessas jal'inni guuteera. 10 Ani garuu akka hojiin isaaniittan mataa isaaniitti deebisa malee, garaan koo isaaniif hin oo'u hin hiluufis” jedhee anaaf deebise. 11 Kunoo, namichi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee, qodaa qalamii ittiin caafanii mudhii isaattii qabu sun dhufee, “Ani akka ati ana abboomte godheera” jedhee, isatti dubbate.

    • @abumuazshow9684
      @abumuazshow9684 5 месяцев назад

      Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee” jedhe 3:36 Yoh

    • @abumuazshow9684
      @abumuazshow9684 5 месяцев назад

      Gaafas isin homaa ana hin gaafattan; dhuguma, dhuguman isinitti hima, waanuma isin maqaa kootiin isa kadhattan abbaan isiniif in kenna. 24 Hamma ammaatti isin maqaa kootiin waan tokko illee hin kadhanne; egaa gammachuun keessan guutuu akka ta'uuf kadhadhaa, in fudhattus!” isaaniin jedhe 25 Yesus, “Kana hundumaa dubbii haalaatiin isinitti dubbadheera; garuu yeroon ani dubbii haalaatiin isinitti hin dubbanne in dhufa; yommus mul'inattan waa'ee abbaa isinitti hima 16:23-25 Yoh

  • @muhalimshaw287
    @muhalimshaw287 Год назад +26

    Diramaa Sharamaakee keessaa jiruu heeduu jalladhaa ❤❤❤❤

  • @keriyabentislam5478
    @keriyabentislam5478 Год назад +11

    Yoo siraa dhume itti edadhuu😂😂 walahi dirama shamake kessa jiru eee tolee isini hunduu jajabduu oboleyani tenna wali getanii wowo itti nuu fufaa
    Amiir show dabaladha inile dirama sirti tolchaa
    Inshalla yasii oro yero gabduu kessatii kumaa dhibba 100,000 gutuu qaba❤❤❤❤❤

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta9021 Год назад +1

    bagaa nagaa dhufataani isaani jabadhaa nu jiradhaa baay'ee namatti tooluu maattii jaalalaa hundaa keessaani baay'ee sii jaalalaa waqaa ijoolee keenyaa qaalii waanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

  • @MaryamMaryam-hq9jt
    @MaryamMaryam-hq9jt Год назад +1

    Kkkkkkk heddu namat tola garu ni gababat ykn ni diqate kaa osso dheresitan woyya👍👍💯💯

  • @nuraddiinahmad3887
    @nuraddiinahmad3887 Год назад +6

    Namni aka ko Yasin oro jalatu 👍🥰🥰🥰

  • @sanyiihajiiadamsadoo5255
    @sanyiihajiiadamsadoo5255 Год назад +1

    Sharimarkee bagumaa nuu debbitee sihii arginee heduu gammadee umarii nuu dheradhuu lencaa kenyaa hamatuu siraa haa qabuu sharimarke Adaam

  • @wboforce3008
    @wboforce3008 Год назад +1

    Dhugaa itii dhuu fufaaa diramaa sharmarkeen kesaa jiruu Eeduu jaladhaa 🤩🤩

  • @GgFg-c7u
    @GgFg-c7u 7 месяцев назад

    Waaw jabaadhu yaassin oro hedu takaan si jaladha my brother

  • @Badhetube
    @Badhetube Год назад

    Masha Allah jabadhuu broko dhiifama wajiin mattii naf tahii yna oro

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Год назад +2

    Jajabaadha qeerrowwan kenyaa 😅😅
    Please shaarmarkee jabassaa akkaa isaa duraani sanittii nuuf hojjachuu qaba ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sirkoye
    @sirkoye Год назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤one tayii ifii hin ajesinii firo kenyaa si dharna

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +6

    Anatu duraa layikii godhee😂😂😂😂❤❤

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ko

  • @WATAR_WOOD
    @WATAR_WOOD Год назад +1

    Jabadhuuu ilma biyya tiyya

  • @RahaoroShow79
    @RahaoroShow79 Год назад +1

    Umata qashati jabdha kkkk hedu nama kofalchita kkkk🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @Muazabdi64
    @Muazabdi64 Год назад +2

    Yoo sirra dhume hoo mee itti ida'adhu 😂😂😂😂😂

  • @suudiitube513
    @suudiitube513 Год назад

    Mubarak musama Namota heduf Ajanda godhe

  • @mahamedabdiwahab-rs9it
    @mahamedabdiwahab-rs9it Год назад +1

    Hhhhhhhh 😂😂😂😂😂 ❤❤❤ ajaibaa gaaru

  • @moneyid
    @moneyid Год назад +1

    qarshii 78 😂 mee namni akka kiyyaa Shaarmaarkee eegaa turtan baasaa harka😍

  • @mmmmmjjki
    @mmmmmjjki Год назад

    gemmaa warraa kayiirroo barchittani isiinni 😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️👍🏼

  • @R1x901cr7
    @R1x901cr7 Год назад

    Jaabaadha Yassin Oro Qaali Heddu Nama Toltu Wly Jabadha

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ko

  • @afeeshow7744
    @afeeshow7744 Год назад +1

    Wow yasuu kiyaa jabadhuu wan bareedadhaati wahuunaa jiruuraahii kuni

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 Год назад +1

    baredadha garu ama sharmakele wajjin jirta dirama dhera ykn kan part qabu hojjacha gababa kan dhisaa wan bareda hojjadha rakko warabii hin jirtuu vedio bakka fetan demtan warabachu dandeesaani

  • @ansufati3773
    @ansufati3773 Год назад +1

    please itti nuu fufaa diraamaalee akkanaa sharmaakkee wajji

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Ansu maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal

  • @MakiyaaJamaal-jv3he
    @MakiyaaJamaal-jv3he Год назад

    Hojii kesaan nyaadhaa 💕💕💕😘😘🥰🥰😂😂😂😂

  • @faxeeabdii6575
    @faxeeabdii6575 Год назад +1

    Pls kuta 2 fidaa

  • @faxumaali1185
    @faxumaali1185 Год назад

    woy shamararke kenya welcome habibi dirama ati kesa jirtu hedu das jedha

  • @muhalimshaw287
    @muhalimshaw287 Год назад +2

    Akumaa Abdii Mukatar ta'aa 😂😂😂

  • @Barituu
    @Barituu Месяц назад

    Sharmarke❤❤❤❤❤❤

  • @oromotiiarsii9115
    @oromotiiarsii9115 Год назад +1

    Qarshii 78 kafaluu dadhabee moo kaa if ajesuu😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @galmamohamed3506
    @galmamohamed3506 Год назад +1

    Congratulations

  • @RahaoroShow79
    @RahaoroShow79 Год назад +1

    Kolfani mucaqi sharmkee biri 78 ira qaba kkkk🎉🎉🎉🎉❤❤😂😂😂😂

  • @hananarsii5291
    @hananarsii5291 Год назад

    Hedduu namatti tolaa sharmakeen jiruu dhugaa Rabbii

  • @KiyaQalu
    @KiyaQalu Год назад

    Hodhoo Ittii dabaladhuu jedhanin 😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂hhhhhhhhhhhhhhh

  • @Feranbon
    @Feranbon Год назад +1

    ❤❤❤❤

  • @Badhetube
    @Badhetube Год назад

    Bagaa nagayan gamako dhuftee anahadhufuu sin jadhaa dhiifama wajiin mattii naf tahii muhalim qashttii

  • @sabbontuuhararagee9178
    @sabbontuuhararagee9178 Год назад

    waalhii garan na dhukubee 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kareemhashem5391
    @kareemhashem5391 Год назад

    Jabadhaa itifufa

  • @safia1290
    @safia1290 Год назад +1

    Rabbin raahamata sii godhu jedhininni woyooo saahima akkana malo 😂😂 😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ko

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 Год назад +1

    Hoodhuu itti dabaaladhu Yoo sirraa dhumee🤣🤣🤣
    Shamarkee love you qaalii nama

  • @faxumaali1185
    @faxumaali1185 Год назад +1

    please malif gababate?

  • @tasnimorotube8871
    @tasnimorotube8871 Год назад

    Rabbiin Rahmata siif haa godhu Yaa Jarra kheenya Sabrii isiniif haa kannu😅😅😅😅😅

  • @aliasaliye7061
    @aliasaliye7061 Год назад

    Yoo sirraa dhume itti hoodhuu itti daradhu😂😂😂😂😂

  • @naimaisilamaa8441
    @naimaisilamaa8441 Год назад

    Abdii muktari❤❤❤❤😢😮😅😊🎉

  • @obsaaliyi-5341
    @obsaaliyi-5341 Год назад

    Pls part2 yaasiin

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 Год назад

    Waayiii zabanaa livii irraa ofii ajesuu kkkkkkl yaa rabbii baraa kanaa nuraa dabarsii

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali

  • @foziyaakamaal1120
    @foziyaakamaal1120 Год назад

    Sharamarke ❤ ❤❤

  • @tufahamohamed5146
    @tufahamohamed5146 Год назад

    Mashallaa

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 Год назад

    Abdii muktar hojii kehe nyaadhuu😁😁😁

  • @shukriatube2535
    @shukriatube2535 Год назад +1

    Pls part 2😂

  • @NujumaHussen-t1f
    @NujumaHussen-t1f Год назад +1

    Ma ofhin ajesin dhugan kijiba

  • @dastuhamza1888
    @dastuhamza1888 Год назад +1

    Hhhhhhhhh wly oso hin fedhi kofle 😂😂😂😂😂

  • @misraabdo5489
    @misraabdo5489 Год назад

    Wow mashalahaa

  • @EymanEii
    @EymanEii Год назад

    Abdii.lamafaa.kk❤❤😂

  • @usren7
    @usren7 Год назад

    MashaAllaha ❤❤

  • @frdds5006
    @frdds5006 Год назад +1

    Jabadha ❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali

  • @diudkh5967
    @diudkh5967 Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤badhaaa😅😅😅😅

  • @OroTube-hw7se
    @OroTube-hw7se Год назад

    Jaabadhaa ummata

  • @mahammedmahammed3395
    @mahammedmahammed3395 Год назад

    Kkkkk jabadha itii fufaa

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali

  • @nasriiharar5639
    @nasriiharar5639 Год назад +1

    Vedio keessaan ilaalu nii jaalana garuu rakkoon keessan yeroo yeroon hin hojjattan yoo hojjataan hojjadha ykn dhisaa

  • @rayyaannuur4343
    @rayyaannuur4343 Год назад

    Itti Ida'Adhuu kkkkkkkkk

  • @XaahirX
    @XaahirX Год назад

    Abdii muktar bagaa gammaadee wahilaa argatee😅😅

  • @jamilahassan4653
    @jamilahassan4653 Год назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅

  • @olifiaolifia-jc7gk
    @olifiaolifia-jc7gk Год назад

    as.wr.wb.ufii.hin.ajesin.sabona❤❤❤

  • @فتيابيا
    @فتيابيا Год назад +1

    Welcome 😂😂😂😂😂😂

  • @hajoa3147
    @hajoa3147 Год назад

    😁😁😁😁😁😂😂😂😂😂❤❤🥰🥰

  • @samaraarsiiroobe6576
    @samaraarsiiroobe6576 Год назад

    Tap tap qabrin heda😂😂😂😂😂

  • @ayantuumohammad57
    @ayantuumohammad57 Год назад

    Jabadhaa 😂😂😂😂

  • @Asmaaaliyii
    @Asmaaaliyii Год назад

    😅😅😅😂😂😂😂 F & Y & Sh hojii kee nyadhuu 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @kamillaaabdallaa888
    @kamillaaabdallaa888 Год назад

    Welcome

  • @faxumaali1185
    @faxumaali1185 Год назад

    woy Abdi muktariti dawali wojin du'ii😀

  • @MameTb
    @MameTb Год назад

    Kkkk nice 😂

  • @نحمداحمد-ه1ذ
    @نحمداحمد-ه1ذ Год назад

    Kkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @masnootube507
    @masnootube507 Год назад

    Hojii keessaan nyadhaa

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ko

    • @masnootube507
      @masnootube507 Год назад

      @@WATAR_WOOD Abshir habibi

  • @FamiSufiyan-s4e
    @FamiSufiyan-s4e 7 месяцев назад

    Firomsa. Maltatee. Sabiskiray. Sifgoona

  • @olifiaolifia-jc7gk
    @olifiaolifia-jc7gk Год назад

    sharmkee.bay'eè.si.jaladha.❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mmmmmjjki
    @mmmmmjjki Год назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤sharmakkee👍🏼👍🏼👍🏼

  • @nanatutaajuudiin5355
    @nanatutaajuudiin5355 Год назад

    Abdii muktar Hojii kee 😂😂😂😂

  • @magartutube2761
    @magartutube2761 Год назад

    😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂

  • @merriamsulaeman3263
    @merriamsulaeman3263 Год назад

    Jaabadhaa❤❤❤

  • @HawiMukhtaar
    @HawiMukhtaar Год назад

    Mashalla😅😅😅😅😅

  • @gooshoku5536
    @gooshoku5536 Год назад

    🥰🥰🥰🥰🥰

  • @HamzSufi
    @HamzSufi Год назад

    Sharmake qalii nama bayye sii dinqisifadha edo atii jirtu ni barrdii

  • @khatrann7824
    @khatrann7824 Год назад

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @ibsajireenya1928
    @ibsajireenya1928 Год назад

    ❤😂

  • @GgGg-ju5yn
    @GgGg-ju5yn Год назад

    Kkkkkkk 😀😀🤣🤣🤣🤣🤣kkkkkkkk

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +1

    Ufii ajesaa fashinaa kkkkkkk

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls

  • @aminateyib4818
    @aminateyib4818 Год назад

    Welcome ❤

  • @ismailltube3607
    @ismailltube3607 Год назад

    Qrshii 78 kkkk

  • @niyaahmed8158
    @niyaahmed8158 Год назад

    Yo sirra dhume itti ida'adhu !!!! 😂😂😂

    • @WATAR_WOOD
      @WATAR_WOOD Год назад

      Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ❤

  • @GetachuDESELGN-jo6jw
    @GetachuDESELGN-jo6jw Год назад

    firo❤

  • @oromofrist6634
    @oromofrist6634 Год назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅

  • @amadtaajuutaajuu5835
    @amadtaajuutaajuu5835 Год назад

    😭😭😭😭😭😭

  • @aliasaliye7061
    @aliasaliye7061 Год назад

    Akkana gaa❤❤❤❤

  • @khatrann7824
    @khatrann7824 Год назад

    Mashallah ❤❤❤❤❤

  • @musxafesharaf6897
    @musxafesharaf6897 Год назад

    kkkkkk hedduu namatti tola nigabaabbate malee

  • @abdiibobasaa
    @abdiibobasaa Год назад +1

    Kkkkk. Shame Araa wan dhugaa fidee bar finaan😂

  • @Haanichoo
    @Haanichoo Год назад

    Shamarkee kana bayee jaladhaa wlh

  • @diudkh5967
    @diudkh5967 Год назад

    😁😁😁😁😁😁😍😍😍😍😍

  • @ruqiyaayasiin6790
    @ruqiyaayasiin6790 Год назад

    ❤❤❤❤🎉