Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Vidio kana like share goodhaa😂😂
Yasiin dhugaa ketii wly sii fira garate wly 😂😂😂😂
J😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
As wr wb dhuga ani heedun sijaladha amo gisee kumma 100k seente supres siiqaba akka obbleeysaa kheeti tokkoti galatoomi 🎉
Waluma jalattan tun waa piranki miti yassin ma hin bafattin😂😂😂
Abbaa kaanus na mararta dhugaa waaqaa bilbila 3n like siif godha ❤❤
Abu kanus jechuun namaa annii hedduu takkaa jaladhuu hedduu takka kabjuudhaa rabbiin ammas akkummat fixaa issiin haa bassuu ijoolee tee gudifadhuu hadha mana tee waalit issiin haa debissuu Ishaa allaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yasiin miskinaa namaa rabbii jiruu kayrii ilmaa ketti woliin siif haa hiruu😢 gafaa sii ilaluu ziim jedhee bo'aa maliif akka ta'ee bekkuu😢
Yasiin karaa sirii jirtaa brother kiyaa akkanumatii ilman ke jabesiii ayadaa ilmaniti hin fidinii I like you brother
Waqqayyo hadha mana nagaan siif haa gaalshu hadha ilmaan keet Abba kansuu❤
Yasin miskina nama dhugaa jetee rabbii ijoollee kee waliin umurii sii haa dheerressu❤❤❤❤
Yasin jabadhu akkanumati ilman kehe gudifadhu umu kanusu rabbi sif haa debisu
Yaasin yeeroo arguun imiimaan na qaba akkaa namati maalif jeenan ilmon nama ciqiti wan taayeef jaabaadhu ilmoo tee guudifaadhu umaa kanusin wali isin haadeebisuu inshaallaah yeero gaababa keessat ati dhaala waajin biraaki dhisii ❤❤🎉🎉
Mashaa allah rabbiin ija namaa sirraa haa qabu yaa yassiin😢❤ miskinaa
Yasiin dhalaa wajjiin dhisii jalaltii akkanuma keessa nama senu malaa dhiruma wajjiin hin hojatu
Mashaa Allah yasiin kenyaa ❤❤❤
Afaanuma oromoo qulqulluu yoo haasoftanho?
Yaassiin dhugaa keetii ijoollee kee guddifaadhu itti fufii kaayyoo kee boru of eeggadhuu Shamarri akka si dogoggorsinee🙏
Ebade yaasin miskina Rabbii 😂😂😂 mucatin mashaqa si gote jabadhu jaba nama ya abaa kaanusii❤❤❤
Wolayii jadidi naa kofolachise 😂😂😂😂😂😂😂dhugaa rabbii
😂😂😂😂😂😂❤❤Y yaboo birankii birakiin booda dhugaa godhatuu dematanii😢😢
Jaalachuun duruu jiraa waa isiin egaleee😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤
Yasini wlh rabbiin jarsaa akka Abbaa ilmaaani argatini😢❤❤
Yassin 😢😢 miskkina
Arra kullate as batee waluma jalatan yaa kijibdota ummu kanus an kesaa hin jiru 😢😂
Ani hundara ka jadid dhahamee sirriti na koofalchisee wallay
❤❤❤❤❤❤
Abshir yasin Rabbin yadaa fi muraad kee sifi haa gutuu qalii namaa ❤
Masha aallah tabarkallah
Warrii biyaa keessaani tokotoko bar dadafee hayama wly nifudhanii jartirattii wly
Garuu maasha allaah tabaarak allaah joollee guddisadha jedhe rabbii siif haa guddisuu😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sodaataa hin tahin yaassiin itti caccabsi boo😮
Wly heeddu nama kolfisisaa Yassiin maalloo dhumnee wly😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
Ay yaasin miskiina wly dhuga jiraadhu jiruu gaari ilmaan ke waji jiruu gaari isin ha jiraachisuu❤❤❤❤
Goosh wallahi yasiin garaama nagahee wallhii hadhaa tataafi jedheen baar jagnaa abbaa kanuuss
Hhhhh yasiiin miskinaa wly dhugumaa dubataa😂😂😂😂😂❤❤❤❤🎉🎉🎉
Yasiin afaan oromifa sirrefadhuu afaan hin beknee waliin hin rakatinii jabadha hundii kesanu
Rabbiin dubartii sheyxanaa sirra haa qabuu ta jollee te irraa si shagaltuu Rabbiin sirraa haa qabu nama gaarii akka keetii kana histiif ta si mashaqessuuf yadduu yonaa takka 2 mitii of eggadhuu abu kanus😢😢❤
Let's go 100k subscribers bro jabadhuu 😊😂😂😂😂😂
Shbashii dullacha
Wow
Jaddidoo aja'ibbaa qabdaa😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂piraki dhumnii dhuga nu dhisaa😂😂
Adun guyyaa galgaala wan birati jeedhee abu kanus😂😂😂😂❤❤❤
Kan itti anuu sodadhee shimoon bishan fixate umuu kanos
Wly mucayyoon tuni adaba qabdi kaamera ni sodaatti garuu isin balleessuf asirra fiddan
Fiqir jedhe yaasin 🤣🤣🤣miskiina rabbi ilmaankee siif haguddisu
Masha Allha Allha wly rabiin aba mana ka aka sasiin kanati amana jabeeysu naf hakeenu wly masha Allha aba kanuus umaa kanusii wajiin umurii isn haa dheeraysu wly ❤❤❤❤❤❤❤❤
Yassin miyyo jalala si gafattee diduun Kee na gammachisee miti Yassin Enyu Akka tahee fi kayyoofi muranno inni qabu arkuu kiyyattiJaabadhu Saahiba kiyya qaalii dhiira namaati ati
Numa magaalooyte bilxii nama sobee jatee ofiiti gamadiin beekaa waadaa dabaaarfacha gatii tee siif qophesaa jiraa ofiif of goote,
Bade'anii akka hadhaa way tatafii jedhee na bochisee😭😭😭way abba akkana zamanaa kan numa argamaa😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaaa allah ijaaraa haafii
Mustariyan biyyati gaalun amma 😂😂😂😂
Yasin umrii dherttuuu jiradhuu sifin ilman ketis😢😢
Jaalalti Wahi Mishingaafii. Boqqolloo. Taatee😂😂😂😂
❤❤❤🎉🎉🎉aboo yaassiiin gaabbuuf teessa❤❤❤
Obboleysa wan barreysitu lalladhu gabbin ka maliti silaa
Mashallah mashallah mashallah dhirii akka ketii hin jiruu Yasin ❤❤
Hedduu Takka irra qafadhee dhugaa sehe😂😂
Baguma diddee yasiin 😂😂😂sila bultin sin digamtetti 😢😢
😂😂😂😂Kkkkk yaassiin 😂😂😂😂😂😂
Mishinga mo Boqqollodha jedhe Yaasiin jaalalii mishinga fi Boqolloo irrale nama qabdii edaa😂😂😂
Hojii dhalaa ajnabii kanas nurraadhisaa😢Cacabsaa afaan ormaa kanas nurraa dhiisaaNajaallachuu malta anis sijaallachuun mala🤦 Garuu kaayyon qaba😮Ummu kaanus sowayya bro ijoolleekee ilaali 😢😢😢😢Iccc ana badabbara ummatni.prank kun naxaffashee😢 wlh
Ilmaanke guddifadhu❤❤😢Dhugaa keetiAmmo amaarinyaa dhiisika adeero😅😅
jaabadhuu qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadha sini jalladha❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abbaa Kanusi Maaliifi Huqaate
Jabadhuu bareedaa nama 🎉🎉
Miskiinaa koo rabbiin ilmaan testify jaarti teelle akka duraa sanitti wolitti isiin haa deebisuu
Yaasuu booda baxaabaxiuf deemti bar 😁😁😁💯💯
Mustariyaa ilmaan facaftee demtee tana hundaa fidee inii amaa diduu kun shawadamu dandayaa araa pirank jate lalachutii jirtii boru itti dhiyatee wan inni barbaduu godhu egaltii boda harkaaatii galfachuuf😢😢😢😢😢😢
Yasiin fudhuun shakii qabuu yaa mustaruyaa if dhaqabii
Ilmaaniin qabaa malee Jaartiin qaba maaf hin jenne hoo😒
ummu kanusif Dawatota goomsuf waan itti yaadame dha kuni😅😅😅
Afaan amar 🤐🤐🤐
Bro ko ilmaan ketin waliin umrii sihaa dhesaruu jabadhuu
Mustatiya jafar rabbin obsa sif hakennu samamte 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Muktari fi caaltu maalif waitti hinararsitan iyasin
Wollah dhiri hundi oso akana tate woy yasin❤❤❤❤
Jadid miskina malif dhota Abu kanus 😭😭😭
Boo tun biranki miti I tana dhai arih😅😊😢
Jadidi bagaa ira kafalatee ini fudhufin dema jedhe sirati dalage kkkkk
Ummu kanus essa jirtii
Mashallah ❤❤❤❤😢😢😢
😅😅😅Kkkk bodaa dhugaa Hingadhin😅
Nurra jijiraga prank bifuma takkan mali???
Afan amara hasahun oromoo birati sanaxaludha mo mali sa oromoo qulqullu hin hasoftani uuufff argaa kessan
Yaasin sirra beekama akka fedhi qabdu 😂😂
Bayee namaa kolfisisaa. Chanelaa koo illallaa pleas. Galatomaa 🤩🤩
Yassin namaadhugaadha❤
Ayi siif hin tahu😅😅
Dhugaa jatte
Ay amaarinyaa 😅
Prankiin zamana kana hedduu takka nama dabbara😢😢😢
Kijibdoota isinirraa hin bareedu! Prankii biroo barbaadaa dalagaa. Jaalattuus jibbituus fuuta qofa, tanaan ummu kaanus hin doorsistan.
Wlh dhiraa atii adero koo
Saboo kijibni keessan kun hin dhumuu saa account isaatin akkamitti prank irratti daleeyna jettan Oromoo tana gowwaa seetani saa 😂😅
Numaa koflee jalalafii jini hibekuu je en miskinii😂😂😂
Wwwww yassiini❤❤❤ jabdhuu ofiraa aryii😂😂😂😂
Afaan oromoo Hibalesin yasin
kuni prank hinfakkaatu waan isin sadeenuu mariyattanii gootan fakkaata afaan amaaraa kanaas keysaa dhiisaa
Dhugaa anis akkas natti fakkaata
Habiibii abbu kansuu kaa kee rabbii nuu bayisuu
Dhalani maratee osso ilimo qabuu dhirisaa Nama jalaa demiti
Duran nama akkan si yane Ture nama jabadha ati
Hojimaa kee nyadhuu
Haayyamuu keehettin jeedhe nama koflchisee 😂😂
Vidio kana like share goodhaa😂😂
Yasiin dhugaa ketii wly sii fira garate wly 😂😂😂😂
J😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
As wr wb dhuga ani heedun sijaladha amo gisee kumma 100k seente supres siiqaba akka obbleeysaa kheeti tokkoti galatoomi 🎉
Waluma jalattan tun waa piranki miti yassin ma hin bafattin😂😂😂
Abbaa kaanus na mararta dhugaa waaqaa bilbila 3n like siif godha ❤❤
Abu kanus jechuun namaa annii hedduu takkaa jaladhuu hedduu takka kabjuudhaa rabbiin ammas akkummat fixaa issiin haa bassuu ijoolee tee gudifadhuu hadha mana tee waalit issiin haa debissuu Ishaa allaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yasiin miskinaa namaa rabbii jiruu kayrii ilmaa ketti woliin siif haa hiruu😢 gafaa sii ilaluu ziim jedhee bo'aa maliif akka ta'ee bekkuu😢
Yasiin karaa sirii jirtaa brother kiyaa akkanumatii ilman ke jabesiii ayadaa ilmaniti hin fidinii I like you brother
Waqqayyo hadha mana nagaan siif haa gaalshu hadha ilmaan keet Abba kansuu❤
Yasin miskina nama dhugaa jetee rabbii ijoollee kee waliin umurii sii haa dheerressu❤❤❤❤
Yasin jabadhu akkanumati ilman kehe gudifadhu umu kanusu rabbi sif haa debisu
Yaasin yeeroo arguun imiimaan na qaba akkaa namati maalif jeenan ilmon nama ciqiti wan taayeef jaabaadhu ilmoo tee guudifaadhu umaa kanusin wali isin haadeebisuu inshaallaah yeero gaababa keessat ati dhaala waajin biraaki dhisii ❤❤🎉🎉
Mashaa allah rabbiin ija namaa sirraa haa qabu yaa yassiin😢❤ miskinaa
Yasiin dhalaa wajjiin dhisii jalaltii akkanuma keessa nama senu malaa dhiruma wajjiin hin hojatu
Mashaa Allah yasiin kenyaa ❤❤❤
Afaanuma oromoo qulqulluu yoo haasoftanho?
Yaassiin dhugaa keetii ijoollee kee guddifaadhu itti fufii kaayyoo kee boru of eeggadhuu Shamarri akka si dogoggorsinee🙏
Ebade yaasin miskina Rabbii 😂😂😂 mucatin mashaqa si gote jabadhu jaba nama ya abaa kaanusii❤❤❤
Wolayii jadidi naa kofolachise 😂😂😂😂😂😂😂dhugaa rabbii
😂😂😂😂😂😂❤❤Y yaboo birankii birakiin booda dhugaa godhatuu dematanii😢😢
Jaalachuun duruu jiraa waa isiin egaleee😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤
Yasini wlh rabbiin jarsaa akka Abbaa ilmaaani argatini😢❤❤
Yassin 😢😢 miskkina
Arra kullate as batee waluma jalatan yaa kijibdota ummu kanus an kesaa hin jiru 😢😂
Ani hundara ka jadid dhahamee sirriti na koofalchisee wallay
❤❤❤❤❤❤
Abshir yasin Rabbin yadaa fi muraad kee sifi haa gutuu qalii namaa ❤
Masha aallah tabarkallah
Warrii biyaa keessaani tokotoko bar dadafee hayama wly nifudhanii jartirattii wly
Garuu maasha allaah tabaarak allaah joollee guddisadha jedhe rabbii siif haa guddisuu😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sodaataa hin tahin yaassiin itti caccabsi boo😮
Wly heeddu nama kolfisisaa Yassiin maalloo dhumnee wly😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
Ay yaasin miskiina wly dhuga jiraadhu jiruu gaari ilmaan ke waji jiruu gaari isin ha jiraachisuu❤❤❤❤
Goosh wallahi yasiin garaama nagahee wallhii hadhaa tataafi jedheen baar jagnaa abbaa kanuuss
Hhhhh yasiiin miskinaa wly dhugumaa dubataa😂😂😂😂😂❤❤❤❤🎉🎉🎉
Yasiin afaan oromifa sirrefadhuu afaan hin beknee waliin hin rakatinii jabadha hundii kesanu
Rabbiin dubartii sheyxanaa sirra haa qabuu ta jollee te irraa si shagaltuu Rabbiin sirraa haa qabu nama gaarii akka keetii kana histiif ta si mashaqessuuf yadduu yonaa takka 2 mitii of eggadhuu abu kanus😢😢❤
Let's go 100k subscribers bro jabadhuu 😊😂😂😂😂😂
Shbashii dullacha
Wow
Jaddidoo aja'ibbaa qabdaa😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂piraki dhumnii dhuga nu dhisaa😂😂
Adun guyyaa galgaala wan birati jeedhee abu kanus😂😂😂😂❤❤❤
Kan itti anuu sodadhee shimoon bishan fixate umuu kanos
Wly mucayyoon tuni adaba qabdi kaamera ni sodaatti garuu isin balleessuf asirra fiddan
Fiqir jedhe yaasin 🤣🤣🤣miskiina rabbi ilmaankee siif haguddisu
Masha Allha Allha wly rabiin aba mana ka aka sasiin kanati amana jabeeysu naf hakeenu wly masha Allha aba kanuus umaa kanusii wajiin umurii isn haa dheeraysu wly ❤❤❤❤❤❤❤❤
Yassin miyyo jalala si gafattee diduun Kee na gammachisee miti
Yassin Enyu Akka tahee fi kayyoofi muranno inni qabu arkuu kiyyatti
Jaabadhu Saahiba kiyya qaalii dhiira namaati ati
Numa magaalooyte bilxii nama sobee jatee ofiiti gamadiin beekaa waadaa dabaaarfacha gatii tee siif qophesaa jiraa ofiif of goote,
Bade'anii akka hadhaa way tatafii jedhee na bochisee😭😭😭way abba akkana zamanaa kan numa argamaa😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaaa allah ijaaraa haafii
Mustariyan biyyati gaalun amma 😂😂😂😂
😂😂😂😂
Yasin umrii dherttuuu jiradhuu sifin ilman ketis😢😢
Jaalalti Wahi Mishingaafii. Boqqolloo. Taatee😂😂😂😂
❤❤❤🎉🎉🎉aboo yaassiiin gaabbuuf teessa❤❤❤
Obboleysa wan barreysitu lalladhu gabbin ka maliti silaa
Mashallah mashallah mashallah dhirii akka ketii hin jiruu Yasin ❤❤
Hedduu Takka irra qafadhee dhugaa sehe😂😂
Baguma diddee yasiin 😂😂😂sila bultin sin digamtetti 😢😢
😂😂😂😂Kkkkk yaassiin 😂😂😂😂😂😂
Mishinga mo Boqqollodha jedhe Yaasiin jaalalii mishinga fi Boqolloo irrale nama qabdii edaa😂😂😂
Hojii dhalaa ajnabii kanas nurraadhisaa😢
Cacabsaa afaan ormaa kanas nurraa dhiisaa
Najaallachuu malta anis sijaallachuun mala
🤦 Garuu kaayyon qaba😮
Ummu kaanus sowayya bro ijoolleekee ilaali 😢😢😢😢
Iccc ana badabbara ummatni.prank kun naxaffashee😢 wlh
Ilmaanke guddifadhu❤❤😢
Dhugaa keeti
Ammo amaarinyaa dhiisika adeero😅😅
jaabadhuu qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadha sini jalladha❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abbaa Kanusi Maaliifi Huqaate
Jabadhuu bareedaa nama 🎉🎉
Miskiinaa koo rabbiin ilmaan testify jaarti teelle akka duraa sanitti wolitti isiin haa deebisuu
Yaasuu booda baxaabaxiuf deemti bar 😁😁😁💯💯
Mustariyaa ilmaan facaftee demtee tana hundaa fidee inii amaa diduu kun shawadamu dandayaa araa pirank jate lalachutii jirtii boru itti dhiyatee wan inni barbaduu godhu egaltii boda harkaaatii galfachuuf😢😢😢😢😢😢
Yasiin fudhuun shakii qabuu yaa mustaruyaa if dhaqabii
Ilmaaniin qabaa malee Jaartiin qaba maaf hin jenne hoo😒
ummu kanusif Dawatota goomsuf waan itti yaadame dha kuni😅😅😅
Afaan amar 🤐🤐🤐
Bro ko ilmaan ketin waliin umrii sihaa dhesaruu jabadhuu
Mustatiya jafar rabbin obsa sif hakennu samamte 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Muktari fi caaltu maalif waitti hinararsitan iyasin
Wollah dhiri hundi oso akana tate woy yasin❤❤❤❤
Jadid miskina malif dhota Abu kanus 😭😭😭
Boo tun biranki miti I tana dhai arih😅😊😢
Jadidi bagaa ira kafalatee ini fudhufin dema jedhe sirati dalage kkkkk
Ummu kanus essa jirtii
Mashallah ❤❤❤❤😢😢😢
😅😅😅Kkkk bodaa dhugaa Hingadhin😅
Nurra jijiraga prank bifuma takkan mali???
Afan amara hasahun oromoo birati sanaxaludha mo mali sa oromoo qulqullu hin hasoftani uuufff argaa kessan
Yaasin sirra beekama akka fedhi qabdu 😂😂
Bayee namaa kolfisisaa. Chanelaa koo illallaa pleas. Galatomaa 🤩🤩
Yassin namaadhugaadha❤
Ayi siif hin tahu😅😅
Dhugaa jatte
Ay amaarinyaa 😅
Prankiin zamana kana hedduu takka nama dabbara😢😢😢
Kijibdoota isinirraa hin bareedu! Prankii biroo barbaadaa dalagaa.
Jaalattuus jibbituus fuuta qofa, tanaan ummu kaanus hin doorsistan.
Wlh dhiraa atii adero koo
Saboo kijibni keessan kun hin dhumuu saa account isaatin akkamitti prank irratti daleeyna jettan Oromoo tana gowwaa seetani saa 😂😅
Numaa koflee jalalafii jini hibekuu je en miskinii😂😂😂
Wwwww yassiini❤❤❤ jabdhuu ofiraa aryii😂😂😂😂
Afaan oromoo Hibalesin yasin
kuni prank hinfakkaatu waan isin sadeenuu mariyattanii gootan fakkaata
afaan amaaraa kanaas keysaa dhiisaa