Full Ethiopia Movie Afaan Oromoo Diaspora 2019
HTML-код
- Опубликовано: 8 фев 2025
- Aartii Afaan Oromoo Guddisuuf gummaacha keenya haa baanu!!! Yaada qofa kannachuun guddina Aartiitiif humaa hin godhu. Tanaaf gahee gama keenyaa bakka jirruu bahaachuun dirqama lammummaa haa ta'u!!!!!!
Jaalladheera. jabaadhaa ammas kan kanarra namatti toluun koottaa
Maashaa'allah jkl Ustaz Enjoyed Raayyaa Abbaa Maccaa Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee congratulations mul'ata mouth abadan hin Hinargine Adanechi Gadaammeessanis injifannoo Zarihun Wadajoo Yaarabbii with Government hayyuun yaadaan danddeenyee Tokkummaa jechama Mallaszenaw
🎉🎉🎉🎉🎉
Hayyee bayy'ee tokko bareeda mashaallaa
Bayyee Namaa Toltuu Ittii Nuf Fuffaa 👌😍❤️❤️ Oromoo Asii Jallaa Argamtuu Like Tuqaa Direwood Warii jallattaan 😍
Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like share Comment godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa
Maasha allah bareedadha garuu obboleewwaan kenyaa warrii shamarrani maalif uuffata keessaan hin sirreefanne keessattu isin akka lellootti hojjatu suni maalif mata kee fi uffata kee hinsirrefane hundii keessanu
Bayyee Namaa Toltuu lttii Nuf Fuffaa 👌🥰🥰❤️❤️❤️❤️🥰oromoo Asii Jallaa Argamtuu Like Direwood warii jallattaan .Diramaa. Jalalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
asc akamjirtana jabadha itifufi iradadhanina bayee maale midhaga diirama keecana
dhugaa jetee Qashti tiyyaa Bekkumsi Barbachisaadh👏👏👌👌👌❤❤❤
Heduu namaa tolaa jabaadhaa ijoollee oromoo 👌👌👌👍👍👍
bayee baredaa diramani Amaa gadi dhisatani kuni baye fudhatamaa qabaa jadhaa itti fufaa Ver Nec❤❤❤
Matii naaf ta'ii sanyii ufii ✅
Wow wow Amezing Masha Allah jabaadhaa bayee Namati toltuu
wow artin oromoo sadarkaa gaarirraa nuuf gahaa jira nuuf jabaadhaa
Baay'ee itti gammadeera
Direwood Very smart bayyee bareddaa haluma kanaan itti fufa isinin jedhaa Sharmarke Adam jabadhuu galatomii garuu Addaraa Rabbii guyyaa diramaa biraa Qopheessitan maqaa kiyaa akka dubatanin jalalaa fi kabajan isiin gafadhaa my brother jalatamaa fi kabajamaa Sharmarke Adam galatomaa hundii keessan Anii kan jiradhuu Saudi Arabia irra isinifgammade
Baya'e baya'e namaati tollaa jabbadha barumsa gudda qaba itti fufa❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👌👌👌👏
Kk
Halal
Wanuma harmen too naf gotten nyadha , bayye nama tola dhuga issin birra jira haluma kanan naf itti fufa , dramma kessan yeroon lale yada dire dawa too baha ❤❤
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Abdul part2
Diraamaa afaan Oromoo bayyee xiqqaadha itti dabalaa
dhugaa baay'ee namatti tola , ni barsiisaas galatoomaa, Qashtiiwwwan ijoollee Dirree!
Bagaa ngyn nuf dhuftaan araa durarii hirmachuf heduun gamadee mee kan akka ko direewod jalatan like naf tuqaa
🥰😍💞
Waaaw das jedhammoo 😁😁😁😁😁☺☺☺❤❤❤😘😘
Excellent one!!!@Superb. Love it!!!
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Bayye namati tola heddu isiinin bonee jiraa sharmake harki kessa nagaya hin dhabii qalmani kesaa hin gogin i am from Switzerland i love guys
Good
Love it so much , keep it up. This kind of movies supposed to be on tv like Omn obn
Wwwwaaa
Garee shamarkee hedduu isin jallaana jabadhaa
Heeddu isin jaaladha joolle biyya tiyya ❤❤ like godha warri diraama isaniitin bohara jirtan
Hedu namati tola
Jaalloowwan Keenya Qaqqaalii Chaanaala Kanaaf Haaraya Yoo Taatan #Subscribe Godhaa
Vedio Kanatti Akka Buhaartan Abdii Guddaan Isinirraa Qaba #Like #Share #Comment Godhuudhaan Akka Na Cinaa Dhaabbattan Gamanumaan Isin .gafaan
wan nuu hordoftaniif Galatoomaa Isiniin Jaalanna
Baay,ee bareedduu Diraamaa Afaan keenyaan qophaa,e namatti tola akkanumatti itti fufaa
Maatii nuuf taha maatii isinif tahane yoo dandeessan sheerillee nuuf godha guddisaa
This Movie is Best Forever 😅😅😅🎉
Wowo wowo diramaa.bayyee garidhaa 👌👌👌
Kkk wlh diraamichi keessan nama kofalchiisas nama barsiisas ulfaadhaa🙏❤👌🌹
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
dhuguma dubbachuuf tattaaffin isin isn aartii afaan oromoo guddisuuf gochaa jirtan baay'ee nama gammachiisa. filmii afaan oromoo ilaaluf hawwii guddaa osoon qabaadhee jiruu, taatonni tokko tokko ta'anii hojjachuurra fakkeessuf carraqu. kun immoo duubatti nama harkisa. yeroo taatoo tokko filattan jabeessaa barsiisaa, akka inni ta'ee hojjatuuf humna ta'aafi. hundumti keenya akka kennaa kennaa keenyati eenyummaa saba oromoo mul'isudha qabna.
Best of All.....keep it up brothers and sisters my blood
Yes watched please make part tow
Hundi keesssani baya'e midhagdu mashallah ❣❣❣❣❣❣💕💕💕💕💕💕💖💕
yo this is the best movies I ever watched please make part two
Unmdoo
@@bhariiahabl4689 àà1
]
This movie is lit
@@bhariiahabl4689
pp
Mashaallaah Diraamaan kheeysan heedduu namatti Tolaati Jabaadhaa janne gaa
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Masha Allah taabarakaallah 😍😍😍😍😍😍❤💚❤
👍❤️👍❤️
❤️❤️❤️
youtube.com/@bahargobbeofficially430?si=BACOwnap5vw1yBKh
Ummata kiyyaa baay'ee bareeda jabaadha itti fuufaa.........................
Nooru jenne dhugumatti isin waan jabaa hojjachaa jirtan nuuf jiraadhaa
Jabadhu iti fufi
Kkkkkk Namaa Tollaa Jabadhaa Oromo koo❤😍
Ana dhufuu Oromo koo waan malee mal qabnaa
Matii naaf ta'ii sanyii ufii ✅♥❤
Oromigna semalew gan bedab mawert alchilem I love oromo people
I love you too much thank you my sweet💯💯✅✅✅🌹🌹🌹✅
Gud boy mss
🇪🇹
Joollee Dirree biyya koo jabaadhaa isn waliin jirraa
kana dur laallee aderoo jabaadhu sharmakee
Bàayye daas jedhaaa nuf jiiradhaa heedu namati toal♥️♥️❤
Bayee namatii tollaaa
Itti fufaa 🎉
Waaawuu very best dram
Wel Come maatii oromoo hundii keessanuu baga nagayaan nuf dhuftaani
Please make part two
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Sharmakee rabbii ja,ee film akkanaa tokko nuuf dalagii
Waw filim bareda maashaa allah
Jabadha yaawa.ofii dirfwoo.👉👌💗👈
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayee namati tolaa jabadhaa ijollee oromo 👍 👍 👍 👍 👍 tiyaa ❤️ 💞 uuuuphaa ❤ uuuuphaa ❤ uuuuphaa ❤
Bashoo afanii betii
Wollahi akka ati shukurta itti cirtu heddu si aja.iba ilillii cala cirthu
Man. Biraas hojjadha ijollee
Mashallah mashallah nama tolaani jabadha urjiiwwani oromo 💺💺💺⌚⌚⌚💯💯💯🔻🔻🔻🌹🌹🌹🌺🌺🌺😍😍😍📞📞🎧🎧
👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤
Matii naaf ta'ii sanyii ufii ✅
Bayye bareda jabadha ijoole oromo
Jabaadhaa bayyee tola
Nice
Waaw haalan bareedadh heddu nu gammachistaan 💖💖💖👍👍👍
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Nice lensa Elemo Ali
Maasha allaah baaye nama buhaarsiitu 💋💋💋🌹🌹🌹💕💔💔💝💝🌷🌷
❤️❤️❤️❤️
Matii naaf ta'ii sanyii ufii
Filmin kesan bareda garu aka filmi jara takatatayi hin qabu garu malif ??
Wwwwwww maashaa Allaah baayye baredan jabaadhaa
Drama akka dagma miha’uu kassii hargee hinbekkuu nuff jabadhaa
Woooooow natii tolee jiraa like
Yaada nuu kanitaniif isiin hundu galatooma
bayyee namati tola jabadha
Maashaa allaah maashaa alaah maashaa allaah wollaah hedduu namatii tolaa 👍👍👍👍👍👍👍
jabadha lammi isin qabnna nuti qoomooni
maashaa Allaah Allaah baayyee bashanansiisaadha
Namatti toltan jabaadha itti fufaa
wwww bayee bayee nqmtii tolaa jabadhaa💐💝
Wwww baayyee gaariidha garuu kanumaan hin badinaa malee ammallee dhumarrattii kofla itti nuuf eda’uu hin dagatinaa
Raa
Sgdhg
Aaya
Jabaadha
Direwood vidoo. Keessan Kan warbee hin ciccitaa siressa ykn Raya studio fayyadamaa bayyee filaatam isaa hojiin keessan nama bosaa
Akkam namatti toltu jabaadha joolle teenya
Wooow baye nati tola jabadhaa
Nuutis isiin cinaa jirraa❤❤❤❤❤❤🙏
UTM VDW
Or we give any
Dhuga dubbachuf diraaman tesaan kana calaa wanti naa boharsuu hin jiru. Jajabadha akkkanuman itti fuufa oromo koo isin jalanaa nuuf jiradha baga kan keenya tatan sila innafan nuu gubbe osoo kenya hin tane.
Mattiwan #Diree_wood isin jalaana isin kabajna hojilee keessan babareedo akkasi gamanuman akka itti nuu fuftan isinin jena.
Aboo diraamaa ajaa'ibaa teessan tanatu ammaan tana akkanatti qalbii narraa fuudhee nabuhaarsisekaa saa! Ajaa'iba!!!!
❤❤❤❤ wawa❤yes
Osoo itti fuftan fa.aa heduu namti toltuu Abdul fi hiriyaan tee suni wowowowowoowwi
Jabadha ijoollee teenya
Bayee namati tolaa jabadha
Dheeraa dha. Daqiiqaa 40, 40n osoo dhiyeesitani baay’ee dansaa dha (gaariii dha)
❤woww
Akkam jirtan lammii too
Aswrwb Hasyi Zasa kkkk 🌹🙋♀️
Wwwwwwwoo oromo koo huujjinii keessaanii bayyee barumsaa gudaa qabaa
Heduu matii tolaa jabadha
Woow
jabaadha ilmaan Øřømôô
Bagaa nagaahan dhuftaan
Waw hedu nsmati tola
Sharuu bade bar
I'm so proud of your work wallahi, keep it up bayyee nu boonsitan. Issin fagaatanii jirtu.