Funny Afaan Oromoo Koflaan Garaa Nama Dhukkubsu( Dooniyaa)2018
HTML-код
- Опубликовано: 9 фев 2025
- Please Subscribe
Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #Like Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna
warrii diree wood heddu jabbacha jirtanii akkanumatti itti fufaa gara fulduratiis
Jabadha heddu arti teenya guddisa jirtaan..heddu namati toola. Kkkk itti gaafatama mudhii gadi.....erga heddus qaba.jabadha joollee teenya from Eastern oromia!
Bayyee namati toltan jabaadha qaqqaaliiwan ilmaan oromoo
Wowwww hedduu takkaa namattii tolaa nuuf jiradhaa sabbontotaa oromoo yomiyyuu nutii isiniin bonnaa 😍😍😍😍😍
dhugaa rabbi bayyee isin jaaladha warra Direwood bayyee nama boharsitu
Wooooow direwood wan gaari itti kabadha
Wwwww kkkkkkk namatti tola dhugaa rabbii galatoomaa nuuf jiraadhaa 💕💕itti fuufaa
Wow heddu namatii tolla jabadha Adda Kenya gudiisa ❤️👏👏heddu galatoma Diraama Afaan bira Lalu dhifne Afaan Kenya haa gudiifnu namutu share waalif godha Please heddu nama boharsa ❤️❤️❤️👏👏
Wow baay'ee namati tolaa jiraadha jabaadha. Garuu baay'ee naa kofalchiistanii
Hi
Baredhu oromo
Jirraaaaa
Aswrb direwood malif hugu drama fii funny gize heduu nuuf gaadi dhisaa nuuti drama amaaara akaa dhifnuu nuu godhaa itii jabdha akka gari thanks 🙏
Wallah, Ni babbareeddan yaa Ilmaan Oromo. I like you all...Thank you.
Www
Wow bayye nama boharsitu dhuga galatoma jabadha
Kkkkkkkkkkkkkkkkkk jajabadhaa artii sharmarke adam koflan nufixan
Uuuuuuuufff kolfaan dhumane baranaa ijoolee diree hedduu isaani jalaadhaa hunddumaa keessaanu nufi jiradhaa 😀😀😀😀😀😍😍😍😘😘😘😘😘😘
Hi
As wr wb oke lubu too
Kkkkkk wayi Jabaadha Jajjabaadha diraaman keeyisan hundumtuu baay'ee namatti tolaa akkasuma ka Haala yeroo wajjiin deemudha baay'ee nama hawataa hundumti keeyisanuu daran isin jaalladhaa
Itti gafatamma dhima mudhii gadii lmao...😂😂😂😂😂😜
Kkkkkkkkk
Hhhhhhhh silaa mucaan imaa bateekaa dooniyaa hedduu galatoomii eessumati sii argaa keennaa ajibbaa siif qabaa🌹❤️
lkkkkkkkkklkkkkkk😍 dooniyaa kottu aan baasii ajjaana an fiixee.......uuuuiiifffff gara ko
jabbadhaaaaaaaa
mashaa Allha heduu namti tola garu ni gababate jabadha💜💜💜💜💜💜🌹
Kkkkkkkkkkkkkk jarranaa kollofichan nu fixxan jabadhaa
Kkkkkkkk hayyi wollahi diramaa kuniii barumssa Guddaa qabaa darbee darbbee wotaa jiruu jaza kumullah keeran
Dubartiin argitan bakka itti nama dhoysaan jabadha lalaa
Kkkkkkkkk \waallaah billaah diram akka malee namati tolu hedduu naa gammaachisee nufii jiraadhaa warootaan direewoood hundii keessaanu.
Kkkkl
Guyoo Si Qofaa Miti Baye Nati Tole
wowowowowowo. bayeee. namtii tolaa. ijoollee tenyaa. jabadhaaa ❤💚❤💚❤❤❤❤💚💚❤❤❤💚💚💚❤❤💚💚💚❤❤💚
wow ijolee diree heddu isiin jaladhaa jabadha ilmaan sabaa kiyya rabbii isiin haa gargaruu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘
ija qabatan deeman hhhhh irratti dhabaate kaaa wayyii guddii Otoo fungee taate yaa garaakoo kolfan duhee
Mashaala itti fuufaa barumsa baayee qaba
Barumaasa guudaa qabaa bayee nati tole. Kan dooniyaa bayee kkkkkkkkkkkkkkkkk uuuuuuufffff maloo garan na dhukubee jiraadhaa ijoolen diree umirii isin haa dheresuu dubayiraa
Kkkk Amaanaa nama meesha as kaayate wy kolfaan dhumne
Really...astonishing action drama...
Wan ajaiba itti nuu jabadha direwood isiin cina jira
Galatoma hedduu nama baromsa naaf keenna jirtanii jabadha ittii fufaa
diraamaan keessan baayyee nutti tolee jiraa jabaadhaa!
Wwwwwww namati tolaa qaqaliwani ujole dasii namaa jedhaa diraman kesani namati tolaa❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
jabadha jabadha, bayyee gaariidhaa.
Amannaa bar Nama as kayatee dooniyaa way koflaan due wallaahii 😂😂😂😂😂😂
Hayat subscribe naf godhi anis sifin godha
Kkkkkkkk nuuf jiraadhaa
Kkkkkkkkkk yàa rabbi garaan naadhukubee oson kolfuu garuu Baaranotaa gudaa qabaa jabadhaa
Kkkk jabadha jolle biyya tiyya dirre love 😍😍😍😍
Hahaha baga nagahan dhufitani ijoollee lubbu lubbu bayee namati tolla sharumarike kena jabadhu lubbuu nura hin badina
Woow hedu das ja itti jabadha habiban ilman ganda kiya❤
Hhhhhhh wolhi bayye nama tolla jajjabdha akka dirama dherale nuu dalagadani Abdi qabana
Wowww bayee namati toltu jabadha micayo abaan ke heddu sii jaja jabadhu bareduu ko 😍😍😘
#wwwww
dirama
seenaa
oduu
duur
nuf hojachuu keesaaniiif heduu galatoma jiradhaa isiin jaalana 😚😚😚😚😚 sena Aja ibatii
Oromiaa Oromiaa )
Walahi Aka Hama Nati Tole Wad Mahadsantihin Dhamantinaa😍😍😍
said
sald
saidññ
Draman kesan heduu namati told jabadha
Ol bahee maata irra dhaabbate yàa garaa koo 😀😀😀
waan ajibatii dhugaa koflaaan garan kiyyaa naa dhukubee
woow bayeen namati tolaa waly jabadhaa 💚💛💜💓💔💕💖💖💖💖💖💖💖
Sharmaakee jabaadhu yaawarra gandaa
wawoww jabaadha itti fufu hedduu nama bohaarsa
Baayyee nama boonsaa jabaada
I really appreciate hararge comedians ❤️
Www ijollee dirre🎉😂😊
Welcome yaaa oromo tiya baga nagayan dhuftan
Hahahahaha soda abbaatif sagaraan ni urgooyti je'e
wow wow heduu nama gamachisa akkanumati itti nuu fufaa
Kkkkkkkķkkk kkkkkkkkk mashala mashala namati tolaa
Kkkkkkkkkkkkkk jabadhaa baredadhaa 🖒🖒🖒🖒❤❤❤❤❤❤
Itti gaafatamaa dhimma mudhii gadii 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
😎🤗
Bayy'een namati tollaa l love oromoo 😍
Yaada Nuu kanitaniif bayye isiin galateyfana
Muca furda sani baye si jaldhaaa
Direwood
Plz dire wood help my channel to subscribe
Direwood hedduu isin jaladhaa nuraa hin badinaa hadara
+Ani Ta Oromotii Biyya kootif
waregama
Kkkkkkkkkk Way Sharmaarkaa .dooniyaa waliin Nama baatee
Dhugaa jirtuu! Galaatoomi!
Enyun somale jalata like na khana ya umata Mohamed s.c.w
Kkkkkkkkkkkkkkkkk ittti gafatamaa muldhii gaadi woyoo garaa 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
bayye bayye bareeda heddu nama booharsa jajabadha ijolle direwood hojiin keessan dansadha garuu dirama kanarrati edit godhurrati rakko qaba sagaleefi suuran wal hin simanne sirriti walitti firomsu isiin barbaachisa diramaan bareeda jabadha hora bula
sabarkiiraaf aniis niin barbaadaa shaarmarkee saahibaakoo
mashaallaa namati tolaa baranotaa qaba❤❤
Iti gafatama dhimaa mudhii gadii😀😀😀😀😂😂😂😂
kkkkkk kolfan nu fixani
Ijoolleen tenna tun yeeroo hunda dirama waan jedhamu kana dhukkee irra kaafti
Galatooma
Wowo namati tolaa garuu bayy'ee Nama kofalchisaa
Diraamaan keessan hedduu namatti tola ergaa gudda of keessa qaba haaluma kanaan itti fufaa
kkkkkkkkkk heddu nama kofalchisa jajabadha lammiwaan ko amas itti nuf fufa
Wow itigafatamaa mudhii gadii kkkkkkkkk namaa tolaa
dhamsa garii wlh
Wwwwooowwww
Bayeee namati tolaaaa jabadhaaaaa🌷🌷🌷🌷💘💘💘💘💘💞💞
Hedduu nu bohaarsitani galatooma ilmaan ayyaa
yoole biyaa tiyaa Jabaadha ,
Direwood! Galatooma!
Wooooooooooow direwood galatooma kkkkkk
Jabadha oromo ko itti fufaa ba.ee itti bihara jira dhuga dubbachu yo ta.ee
Bayyee namatii tolaa 🤣🤣🤣🤣
wooooooow woooooooow baaayee namatti tolaa jajjabadha itti fufa
DIREWOOD, QAXALEEWWAN JOOLLEE HARAR GOLAA!!!!
hhhhhh bayyee namatti tola kanuman itti fufaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk koflan nu fixaan worri Dirre nuf jiraadha
bayyee bayyee namatii tolaa diramaa irraa garaa filmitii geddaraa bayye bayyee namatii toltuu jabaadha sabbaa koo anisii usuu carraa argadhee isiin wajjin
kkkkkkkk Aaaa garaa kiyyaa👍👍❤
Cool 😎👌👌 jabadhaa
Wow namati tola jabadha
Yaa shamarmarkeeeee kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk❤❤❤❤❤😘😘😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💋💋💋💋
Ima hojjatani dhuga dirama akka natti naa kofchise arge bekku kkkkkkkk
Dire I really love you! thank you for making me laugh like a baby.
😁😁😁😁😁 heddu desjea ❤❤❤
Direwood yeroo drama dalgatte s cirece waan ja'amu tokko jira jolle diree
Isiin raa baredaa
hhhhh dhalaa bareeduu Ana calatee kkkkkkk
Joollee Oromo Firewood kana Channel Oromotti SUBSCRIBE Godhaa isan gargara & Channel Oromo Kan Drama Fi Film bareeda Kana Qaban ? SUBSCRIBE 40K ittii xiiqata ? 1 Million
Waay Duniyaan baga nuuf dhufte
Kkkkkkkkk shamarmaarke kolfaan na ajeeste
Wwwww baay,ee namattii toltuu jabadha
Kkkkkkkkkkkkk ajiibaa. Nama kolfisiisaa. Jabaadhaa
Woowww baay.ee naa namaa.tolaa kkkkkkk
akkana Alisho eeysumo