Best New Dirama Afaan Oromoo Miskiina 2019

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024
  • Please Subscribe
    Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #LikeMiskiina Godhuu Akka Hindaganne.
    #DIREWOOD# Subscribe godhaa
    Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Комментарии • 578

  • @naaftattihajji360
    @naaftattihajji360 5 лет назад

    Wow wow wow bayye bayye namatti toltuu akkanumatti itti fufaa horaa bulaa

  • @kadiyeeobsituunamakadiyeeo351
    @kadiyeeobsituunamakadiyeeo351 5 лет назад +2

    Wow
    Bayee namatii toltu artii afan oromoo hunda kesani isin jalana hedu isin hordofna Dubai Dubai irra

  • @sadaomer6065
    @sadaomer6065 4 года назад

    Woooow bohare Jira Direwood galtooma

  • @emanimuhammadmusxaf7243
    @emanimuhammadmusxaf7243 6 лет назад

    Mashallaah mashallaah heduu namatolaa kanaa calaa ittii fufaa barumsaaa gudaaa keesssaa argamaa namaa iraaa fayadamuu diramaa isni dhiysitanuu hundinuu heduu namatolaa

  • @yehs2631
    @yehs2631 4 года назад

    Wwwwwwa hedduu nama tolaaa💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @abbaalafaa4123
    @abbaalafaa4123 6 лет назад

    wow wow wow wallahi diramaa kun hedu hedu seenaa bareduu if kessa qabba direwood galani kessan bilisumma haa tahu jabadha iti fufa isin dubba jiraa nutis

  • @aichaabdourahman5288
    @aichaabdourahman5288 3 года назад

    Masha Alllah H eefutaka Namatii Toola jajabadhaa ijoolee Oromoo

  • @gelanieouma670
    @gelanieouma670 4 года назад

    Wowwwww barumsa bay,ee qaba wow jajabewan lamiko jiradhaa

  • @Aziz_Mohamed
    @Aziz_Mohamed 6 лет назад

    Wowowowow baredda jabadha sanyiwan koo AUSTRALIA irra issin dawacha jira

  • @saliali2907
    @saliali2907 5 лет назад

    Wwwwwuuu barumsaa gudda qaba jabaadha seenaa keenyaa fakkatti nuyi warra biyya ormaa jirruf itti fufaa

  • @skyhayu9944
    @skyhayu9944 6 лет назад

    wan ajaibatii heddu namatola direwood wan garii jirtan jabadha

  • @zubeydamali2452
    @zubeydamali2452 6 лет назад

    uuufff zinbiillo diramaa kanaa nuraa dhiisaa hojanaan flmi hojadhaa kaanaa maanaa barumsatiiyuu hojatuu dhiisnee jiraa
    maarafuu jabadhaa

    • @zubeydamali2452
      @zubeydamali2452 6 лет назад

      kaanaa xiiqoo waayesaatanii jirtaan gaaruu

  • @galanabdulmajid1201
    @galanabdulmajid1201 5 лет назад

    Jabadha hedu das namati jetan

  • @alkitiltube832
    @alkitiltube832 6 лет назад

    Ijoolee jabadhaa baayee hojjachaa jirtaanii diraamaa dhedheeraa hojjachuuf yaalaa!!!!

  • @dararanegasa3545
    @dararanegasa3545 5 лет назад

    jabaadha obboloottan kiyyaa

  • @BontuAbdela
    @BontuAbdela 9 месяцев назад

    Bayee sinjaladha jabadha ❤❤❤

  • @adammohammad4407
    @adammohammad4407 2 года назад

    🥰🥰🥰bayyee bareeda dhugaa

  • @wazirmahammad562
    @wazirmahammad562 6 лет назад

    Masha allha masha allha jajabadha oboleyan Kiiyaa

  • @mohumar6299
    @mohumar6299 5 лет назад +2

    Ajaaaiba abo jabaadhaa

  • @mahammadabdusamad6446
    @mahammadabdusamad6446 5 лет назад

    Bayyee nuuf galatoma jollee tenyaa isin jaalannaboo ittii fufuudhan garuu shemark firendi takkaa naa laalimee

  • @jemalharow3980
    @jemalharow3980 6 лет назад

    ijole dire bayyee isin jalana nuf dheresa💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜Love Direwood

  • @fayyineetuulaa440
    @fayyineetuulaa440 6 лет назад

    direewood baayee namati tolaa jabaadhuu hundii keessanu .

  • @mamezako7114
    @mamezako7114 6 лет назад

    Direwood wan gaari hojachaa jiratan itti nuf jabadhaa halumaa kanan

  • @sarunahabiibti073
    @sarunahabiibti073 6 лет назад +1

    dire wood ILOVE YOU.issin jalanaa.👌👌👌👌

  • @heeydardefo1332
    @heeydardefo1332 5 лет назад +1

    Wa heeduu ira baranee galatoma

  • @jaalataaodaacafoorahman3491
    @jaalataaodaacafoorahman3491 6 лет назад +1

    Wwwwww jiraadhuu shamaarikee tokkooma furmaani tokkoommaa

  • @sadulove4354
    @sadulove4354 6 лет назад

    DIREE Wood. wwoooowwwwo
    dhugaa Baay`ee. isiin. Jalladhaa. uuuyyi. Yomumaa. Dire Dawa taana. dhaqaa latta. Ahhaaa

  • @makiyaaroobabaliyoo3812
    @makiyaaroobabaliyoo3812 6 лет назад

    wwwwwwwwww..namati toluu, jabadha, nama, bositani😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍

  • @hasangersaahasan4835
    @hasangersaahasan4835 6 лет назад

    Maashaa Allaa waaniti isin hojataan hundaa waan gardhaa jabadhaa

  • @bhartiberiut3920
    @bhartiberiut3920 6 лет назад

    Waaa hubachu gaarii ilale jira Beirut irra hiyyeessi bade male boo'u hi hoji madami dura akkasi yaadin niti na arse an hiyyeessi jibbite uuuuuuuuuuuufffffff

  • @dursasadik8739
    @dursasadik8739 6 лет назад

    Jabaadha jollee oromo abshiir artii afaan oromo nii guddattii yoo isiin jabatanii.

  • @obsiobsiwahundafurabbijira9297
    @obsiobsiwahundafurabbijira9297 6 лет назад

    dhuga baayyee namati tola erga guda qaba jabadha jajabe koo iti fufa daran cima 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @abdiabdi542
    @abdiabdi542 4 года назад

    jabadha itti fufa baayye namati tola

  • @mubiinaabdullah6156
    @mubiinaabdullah6156 5 лет назад

    Turus isin argeera ..bayye namatti tola kan oromoo boonsudha wow ❤👌👍❤❤❤❤

  • @alfurqandawagroup4883
    @alfurqandawagroup4883 6 лет назад +2

    We oromo people are proud of u guys

  • @jalatuloveyouarsiijalatuar5147
    @jalatuloveyouarsiijalatuar5147 6 лет назад

    Namati tolaa garuu namaa gadisiaa micayoo hatu gitii ilama ufi quluqulu giteee 👍👍👍👍👍😗😗😍

  • @aaishaatube4139
    @aaishaatube4139 5 лет назад +2

    Akkam.jirtu kabajamtoota qopheessitoota chinaala dirree wuudd hedduu isin jaalanna ergaa guddaas nuuf dabarsaa jirtan galatoomaa Saud arabia irraa hedduu nama bohaarsitan

  • @fatimaahmef7258
    @fatimaahmef7258 5 лет назад

    Woooaaw dhumarrati namatti tola

  • @sarasara931
    @sarasara931 6 лет назад

    Dhugaa dhaa
    Bayeee baredadha
    Jabadhaa 👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍

  • @askallove2394
    @askallove2394 5 лет назад

    Wowwww dhugaa baay'ee Bareddaa

  • @uaenefsymaruae5896
    @uaenefsymaruae5896 4 года назад

    mashalla jajjabadha bayyee namatti tollaa

  • @bontuukamaaltubeoro676
    @bontuukamaaltubeoro676 6 лет назад

    Mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah dhugaaa kessaani jiradhaaa

  • @izzuabasoo7390
    @izzuabasoo7390 3 года назад

    Galatooma halumaa kanan ittii nu fufa

  • @sabbontusabontu7801
    @sabbontusabontu7801 4 года назад

    Mashaal allah dhumarra bayye natti tolte jartin sun hojjettu walin

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 6 лет назад +3

    Wow heddu nati tolaa jabadha hiti fufa👏👏❤❤

  • @nujumahassan1160
    @nujumahassan1160 6 лет назад +2

    woooooow heddu namati tola haluma kanan itii fufaa garu dhumaratii miskintitin na bochiftee akkuma jirenya biyya araba natii fakkata

  • @hajjoooromiayknjhajjoohabi1984
    @hajjoooromiayknjhajjoohabi1984 5 лет назад

    Madaamiiyaa haji kifik shu akbaarik

  • @ililiioromo8563
    @ililiioromo8563 6 лет назад +3

    Wowww ILOVE shammarani diree hedduu naati tolatuu shammarani Oromoo babareduu jabaadhaa 😍😍😍😘😘

    • @اللرةى
      @اللرةى 6 лет назад

      ililii oromo Dale

    • @ililiioromo8563
      @ililiioromo8563 6 лет назад

      ال لرةى
      Maali jechuu fette ?
      Waa naa jechuu duraa qubbee afaani Oromoo sirreessi baarreessi sutaa naa arbsitaa 😩😦😦

    • @habibihabibi4289
      @habibihabibi4289 5 лет назад

      ililii oromo ok

  • @rayarayuma6930
    @rayarayuma6930 5 лет назад

    hedduu namatti tola jabaadha.

  • @hannahanna9999
    @hannahanna9999 6 лет назад

    Wowww bayyee garidha jajjaabadha barsiasadha😍

  • @KAMILATUBE
    @KAMILATUBE 4 года назад

    Jabadhu

  • @engineernasirdicorshin3391
    @engineernasirdicorshin3391 6 лет назад

    afani fi adaa kesan gudisu bayee hojata turtanis itii jirrtanis jabadha qarroo sabaa.

  • @mikailkadir4426
    @mikailkadir4426 6 лет назад

    Woo bayee namatii tolla akkanumatii itti fufaa

  • @saabonaalaangey4382
    @saabonaalaangey4382 6 лет назад

    Wwwwww Sharmarkee Aadam Bayee nuuf galatomii diraman kesan Halaan nattii tolee Egypt irhaa Sabonaa obsa

  • @kasimhaji9904
    @kasimhaji9904 6 лет назад

    Heduu dansaa dhaa nuuf jiradhuu sharmarke barumsaa gudaa qaba thanks

  • @anisoromoodha6144
    @anisoromoodha6144 6 лет назад +1

    Garuu wow jabadha itti fufaa 💔💔👌

  • @medahmed9963
    @medahmed9963 4 года назад

    jiradhaa jabadhaaa

  • @farahanmohammedali9276
    @farahanmohammedali9276 6 лет назад

    Wow heduu namati tola jajabaadha

  • @imrantakkittinole9723
    @imrantakkittinole9723 6 лет назад +7

    Woooooow Nice heduuu nama tola 💕💕

  • @abdallaasiraaj7796
    @abdallaasiraaj7796 6 лет назад

    Waayiiii miskiina dubbiin tun waanuma jiruudha kessafuu
    Gara biyya alaa Kessatti Kan mullatuudha.
    Dirree tiyya naaf jiraadha

  • @hawwiidamee1711
    @hawwiidamee1711 5 лет назад

    Namati tola jabadhaa

  • @xayerabmcha8639
    @xayerabmcha8639 6 лет назад

    baayye namatti tola jabaadha

  • @romanshow2652
    @romanshow2652 6 лет назад +2

    Baayyee gaariidha !!!
    Halumaa kanaan itti fufa

  • @adinaanyusuf9687
    @adinaanyusuf9687 6 лет назад

    Jabaadhaa ittii fufaa issiin wajjiin jiraa

  • @leensaabookii5445
    @leensaabookii5445 6 лет назад +2

    Uuuuuuuuuuuuuuuffffffeeeeeee yaa nama mana nama hojaatuu osoo hatiin hatuu osoo nyaatiin nyaatuuu 😭😭😭😭😭

  • @nomatternomatter8279
    @nomatternomatter8279 6 лет назад

    Wowowo mashallah heddu isiin irraa bareedda jabadhaa ittii fufaa kan biraa immoo furdatee shammarkee Kkkkkkkkk😍

  • @sameerasulthan1370
    @sameerasulthan1370 5 лет назад

    Wwwwwwww heduu namatii tolaa garuu bakaa hojatuu hatuu jetenii sanitii bayee namaa gadisisaa

  • @mohnadhijh1135
    @mohnadhijh1135 2 года назад

    Abdura,uf abdala sudii irra abshir jabadha

  • @friidire8166
    @friidire8166 6 лет назад +1

    Wow sharu damsaa baradaa daa heduu nati tolee jabadu sahiba 👍👍👍👍👍👍👍(dire boy long life)

    • @abdiali7773
      @abdiali7773 5 лет назад

      waw waw jajabadha sharmark adan

    • @emebettufa9264
      @emebettufa9264 5 лет назад

      Wowwww Bayye Namati tolaa Jabadha itti fufaa

  • @falmetafalmeta2979
    @falmetafalmeta2979 2 года назад

    Jirra jirtu isiin jalaana

  • @farehadire1041
    @farehadire1041 6 лет назад

    Wow heduu bareda diraman afaan oromo gabadhu sharuu

  • @aadaa4632
    @aadaa4632 6 лет назад

    wowow heduu baredaa galatomaa ilmaan oromoo nuf dagagaa

  • @feenetiiwalggaa5220
    @feenetiiwalggaa5220 6 лет назад +1

    wayyii ergaa guddaa qaba guddaa galatoomaa❤❤❤❤❤❤

  • @furatabdulaziz2296
    @furatabdulaziz2296 6 лет назад

    sharmarke barnota gari halaan bareda dabarsu jirtan jabadha isinin ja.a sahiba kiya

  • @jaladheesidhabuunfafaahalk8802
    @jaladheesidhabuunfafaahalk8802 6 лет назад

    Bayyee isin jalladhaa jajjabbadhaa

  • @tigestilove9041
    @tigestilove9041 6 лет назад

    Jabadhaa ilmaan oromo

  • @hamdiumarhasan
    @hamdiumarhasan Месяц назад

    Masha Allah

  • @rahamatuberahamatube876
    @rahamatuberahamatube876 6 лет назад

    maashaallaa maashaallaah Heedduu namati tola jabaadhaa halumaa kanan itti fufaa isin jedhaa hirmaatootaa Direewood hundaan

  • @OmarOmar-ul6nh
    @OmarOmar-ul6nh 6 лет назад

    woooooooow Bayer namatii tola

  • @sarunahabiibti073
    @sarunahabiibti073 6 лет назад

    kkkkkkkkkk waww heduu takka daas ja'aa galatoma jabadha itti nuuf fufaa 😘😘😘😍😍😍

  • @bilalhikogeradodatu4635
    @bilalhikogeradodatu4635 6 лет назад

    jabaadhaa urjii oromootaa

  • @YAYAhope20
    @YAYAhope20 6 лет назад

    Hojjiin keessani bayyee nama gamachiisa

  • @DanballiiWabe
    @DanballiiWabe 6 лет назад +12

    Sharmarke amasi nufi jiradhu Germany Ira isin dawara jira jabadha gudina arti Oromoo jabesa akkanuma nule wan harka Kena baresu dandenu isin bira jira seenaa isin yadata afan Oromoo gutusa

  • @hassankadirhusein
    @hassankadirhusein 6 лет назад

    Dire Wood isin jaalanna jajjabaadhaa
    Hedduu namatti tola

  • @anuwarejabel1938
    @anuwarejabel1938 6 лет назад

    Abjun bara dhera hikamuf dema jabadha

  • @NotNot-fu6ss
    @NotNot-fu6ss 5 лет назад

    Wwwwww baayye namati tola iti fufaa

  • @edatuedatu6092
    @edatuedatu6092 5 лет назад +1

    Maashaal dire wood bayyee garrii dhaa maafii lakkossaa hin qanee yeroo laaluu akkaah tattibbaan laluu 🇪🇹

  • @rahmemude2134
    @rahmemude2134 6 лет назад

    As wr wb jabadhaa manati tolaa

  • @obsajamaal8570
    @obsajamaal8570 2 года назад

    Jaajjabaadhaa diraamaan keessan bay,ee namatti tola

  • @abdalahuseen7162
    @abdalahuseen7162 6 лет назад

    as wr wb jirtanii garuu koflaaf dumnee kesatuu miskufii sharmarkeen heduu naa kofalsiftaan jabadhaa itii fufaa abdala huseen saudii

  • @mesishanbel6017
    @mesishanbel6017 6 лет назад +1

    Wow😍😍jiraadha ijoollee abbaa gadaa

  • @barentoabrahim6331
    @barentoabrahim6331 6 лет назад +1

    keep it up dire wood

  • @ayytt8320
    @ayytt8320 6 лет назад

    Wow mashaa Allah haduu haduu namtii tollha

  • @zetunashukuu1519
    @zetunashukuu1519 5 лет назад

    Dhugadha. Yaa. Jiruu. Biyyaa. Orma. Hatii. Anbaa. Haa. Baddu

  • @husenmuhammad8483
    @husenmuhammad8483 4 года назад

    Galatooma biyaa koooo

  • @UtaAliyeObssaSda
    @UtaAliyeObssaSda 6 лет назад

    Waaqayyoo is ha ebbisu dachaa dachaa

  • @fireeoromo8118
    @fireeoromo8118 6 лет назад +1

    wowww baga wagga isiin debisee

  • @fifiijimma8237
    @fifiijimma8237 5 лет назад

    Jajabadha qomo koo

  • @saraalsobhi4917
    @saraalsobhi4917 6 лет назад

    Wwwwwwu.bayee.bardaa.jabadha

  • @hayyatbintiislama7829
    @hayyatbintiislama7829 6 лет назад +1

    Jabadha mashaa Allah