Jannata Lafarraa Daawwane 1 December 2024

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 27 янв 2025

Комментарии • 705

  • @SeenaaTaamme
    @SeenaaTaamme Месяц назад +72

    Wowo dhugaa waaqayyoo namni amma koo ijoollee kan jaalatuu jira lataa🎉🎉🎉❤❤❤

    • @namakulaqurusum9881
      @namakulaqurusum9881 Месяц назад

      Annaa dhugaa rabii midiumaa iratan bekka garuu baayyeen jaladha👍👍👍

    • @QurtyRiyadh
      @QurtyRiyadh Месяц назад +1

      Anna dhugaa rabbi ❤❤❤❤

  • @BurteeTube-hu3tu
    @BurteeTube-hu3tu Месяц назад +111

    Duraa natu argee lakii godhaa maatii naafi ta'aa mee Oromoo ko ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

    • @Meetiiqueen
      @Meetiiqueen Месяц назад +2

      Koottu maatii waliif haa tannu

  • @Waadaa5
    @Waadaa5 Месяц назад +30

    Dhirsaa fi jaartii lagaa tokkoo warabuu kan jedhaan isiin irraatti argee dhugaa waqayyoo Ijoolee safuu egdee guddatee ❤❤ Mu🥰Ma❣️❣️❣️

  • @UrjiiSoboka
    @UrjiiSoboka Месяц назад +31

    OROMIYAA Ossoo nagaa qabatee Addunyaa caaltti Dachee baay'ee bareedu qabnaa garuu nagaa dhabuun akkaa biyya keenya hin guddanee tasisee waqaani biyya keenya nagaa yaa basuu❤ Habibii com to OROMIYAA❤😢

  • @hawyayansa2717
    @hawyayansa2717 Месяц назад +5

    Maaskii koo mucaa da'ii waqayyoo siif Haa kenuu ilmaa dhiraa daafii nuufidii dhugaa ❤❤❤❤

  • @SaraSara-l3e1k
    @SaraSara-l3e1k Месяц назад

    Wwwww ❤❤❤❤ garuu camera 📸 qajelchaa gafaa wirabdanii ama burqituu hini arginee camera itii gadii qamnee

  • @ParatoKh
    @ParatoKh Месяц назад +8

    Maski bayyee nama bektudha ati wan hundinu sirra bareeda suti ha tolu hadho koo❤❤❤❤

  • @Senakoo1Senakoo1-zo8yj
    @Senakoo1Senakoo1-zo8yj Месяц назад +8

    Maloo jaarsichaa waaqayyoo umrii is isanii haa dheerresuu 🎉❤❤jabbadha isinis

  • @lensabuli9621
    @lensabuli9621 Месяц назад +1

    I'm from Nigeria,
    I love Oromia, Just lake wanchi is very attractive, I wanna to come Oromia to visit Wanchi and all Oromoo County.
    I hv a lot of respect and love for masky and muller.
    Continue promoting Ur beautiful country ❤️❤️

  • @Mety-u4d
    @Mety-u4d Месяц назад +6

    hedduu namaatti toltuu dhugaa dubbachuf meski loqoda ati dubbattu kan booranaa hedduu sirra jalladha ❤❤❤❤

  • @Obsii365
    @Obsii365 Месяц назад +8

    Wow akkam namatti tolaa dhugaa 🥰 Abbaan isiin eebbisaa sunii akkam namatti tolu 🥰🥹

  • @hatatuashuramo3899
    @hatatuashuramo3899 Месяц назад

    You two are amazing couple, dedicated to promoting Oromo culture and what Orommuma is all about. You are setting good example for new generation of Oromo youth to be self aware and proud of their identity. Keep shining and educating. Way to go! ❤🩵❤️

  • @AkuukeeYoseph
    @AkuukeeYoseph Месяц назад +11

    I'm from Cairo ilove you mule and mesk next

    • @fififafa1954
      @fififafa1954 Месяц назад

      habibi come to you ethiopia and visit wenchi❤

  • @kefyalewfikiru8479
    @kefyalewfikiru8479 Месяц назад +3

    Wow meski and muler you guys are so humble and beautiful. Guys Having you are special things for us❤❤❤

  • @emabtimagistu1934
    @emabtimagistu1934 Месяц назад +2

    Mashala tabark Allah tamrlacheu mashal ❤❤❤❤ gn Ethiopia new ❤❤

  • @HopeTube11
    @HopeTube11 Месяц назад

    Meski and Mule love u both❤❤❤❤❤❤

  • @anisanyiacetioromodha810
    @anisanyiacetioromodha810 Месяц назад +8

    Bayee baradu ijara nufi afaa jabadha bayee sini ❤jaladha nami ijolee kana❤jalatani ❤laki godha ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @HwwiiYouTube
    @HwwiiYouTube Месяц назад +3

    Wow biyyaa koo kotaa Goraa kaa buna dhugudanii darabituu😍❤️

  • @siiyutti7553
    @siiyutti7553 Месяц назад

    Islaamummaa ka hin qabne inumaa jannata biyya keessaa jettuu yaa namana silaa agartanii jannatni adduunyaa eessa akka jiru silaa agartanii

    • @Argash-o8f
      @Argash-o8f Месяц назад

      😂😂😂😂😂Miskina koo 😂😂

  • @hassetdechasa2484
    @hassetdechasa2484 Месяц назад

    Meskiyee 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Buze-j1u
    @Buze-j1u Месяц назад +2

    Dhugaa bayee namaa gamachistan waqayon umuri sin yaa dhersuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @PontiP-y9w
    @PontiP-y9w Месяц назад

    Wow dhugaa rabbii bayee namatii toltuu dhugaa

  • @Koket-up4ge
    @Koket-up4ge Месяц назад +3

    Wwwwooo Qaqalii Wani tiyyaa ijii Hamtunii isini hin Hargiin Umuriii Dheraa isinifii haa kennuu 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @HasanatA-nh5xn
    @HasanatA-nh5xn Месяц назад +2

    Mulee Abaa manaa garii rabii ijaa hamituu isin irraa yaa qabuu❤❤

  • @Meetiiqueen
    @Meetiiqueen Месяц назад +3

    ❤❤❤ baga Nagaan dhuuftan gara Jannata lafarratti Warrii Haftaanilee Kootta Haroo wancii Dawwaadha🎉🎉🎉

  • @Adisu-o4h
    @Adisu-o4h Месяц назад

    Woowww ammizing time
    Jalalaa kessaan siniif ha bayy'iisuu ❤
    Bayy'ee natti toltuu ❤

  • @Huseen-430
    @Huseen-430 Месяц назад +3

    Eebbaa bareedaa durrii Akkakkayuunii koo Nii eebbisuu eebbaa bareedaa 🙏🏽🙏🏽

  • @qophiioro5678
    @qophiioro5678 Месяц назад

    Bayye nama tola jabadha itti nuuf fufa. Bayye wal'irraa midhaagdan🎉❤😍

  • @dinqinashaftamu1326
    @dinqinashaftamu1326 Месяц назад +3

    Jalatamtoo kooM&M akkaa isiin jaladhuu jalalii keessan eduu natii tolaa walin turaa❤❤❤❤

  • @Hanan-q8b
    @Hanan-q8b Месяц назад +7

    Meskikoo fi mulekoo baay'ee baredduu ❤ hojii bonsaadha jabadhaa 🎉

  • @Jitualemu.G2
    @Jitualemu.G2 Месяц назад +3

    Eebba abboota isiniif haa tahuu❤❤❤ Yesuus kiriistoos ilmoo isiniif haa kennu wow ameen isinif ha kennu🎉🎉🎉

  • @raheldiriba3342
    @raheldiriba3342 Месяц назад +1

    Baayyee Issin jaladhaa Garruu mulersin ittuu dhagefateni dubi isaa xummursisin dhiri dhageti argachuu barbadaa baayyeen issin jaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Mattii naaf taha pls

  • @FaantuuYaamii
    @FaantuuYaamii Месяц назад

    Maatii jaalalaa akkan isinii jaaladhuu 👩‍❤️‍👨🥰
    Amma hojji bareedan dhuftaan akkasumaas oromiyaa keessa deemtan iddoo bareedaa akka nuu argisiiftaan abdi qabna akkanumaatti itti fufaa 👌

  • @MasaratGaromsa
    @MasaratGaromsa Месяц назад

    M & M Qalliiwwan keenyaa Ebbiifamaa
    Waggaa Har'a Mucaa Keessaa Waliin Isiini Arguun Hawee
    Maatii Ebbiifamoo

  • @lominuguse3453
    @lominuguse3453 Месяц назад +2

    Ufuu barreedduwa koo Waqaayo akkanumati jalala mi,a kan walin isiin haa jirachisu umurii walif dheradha❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdulliitube8887
    @abdulliitube8887 Месяц назад +6

    ❤❤❤❤❤ Baayyee Namaatti Toltan dhugaa itti fufa jabaadhaa

  • @beyourself9714
    @beyourself9714 Месяц назад +2

    Gaariidha baayyee bareeddu jajjabaadhaa. Dhugaa ani baayyeen isin jaalladha. Wanti sirrachuu qabu xiqqooshee yeroo dubbattan dubbii wol hin saaminaa, hanga tokko dubbatee fixutti woliif obsaa❤

  • @hamziyatube
    @hamziyatube Месяц назад

    Mashaallahaa mashaallahaa dhugaa biyyii Kenya hedduu baredda

  • @SenaaMiressa
    @SenaaMiressa Месяц назад +2

    Anii bayee ds naa jedhuu ♥️💚♥️

  • @OroShow-k2d
    @OroShow-k2d Месяц назад

    Jaalala isiin irraatti argee dhuga jabadhu Madda Walabu Media RUclips channel irraatti jabadhu Muller keenya 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @LeellooTaayee
    @LeellooTaayee Месяц назад +1

    Wow baayyee baredaa sayi wan koo baayeen isin jaladhaa isin lachuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤

  • @Sanyiioro-jz2yy
    @Sanyiioro-jz2yy Месяц назад

    Wawuuuu qaaliwan koo 🥰🥰🥰🥰

  • @Almaazdejene
    @Almaazdejene Месяц назад

    Wow haadha firaa Koo waliin jiraadhaa dhugaa dha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @kefyalewfikiru8479
    @kefyalewfikiru8479 Месяц назад +1

    Wow meski and muler waan ajaa'iba nutti agarsiiftani. Ni gababatee warri jettan harkabasaa???❤❤❤

  • @MAATIIHUSEN
    @MAATIIHUSEN Месяц назад +1

    Yaa maaramii kiyyaa I love you my maski
    am Muslim

  • @oromia583
    @oromia583 Месяц назад +2

    Lafa aja'ibaatti wallahii ❤

  • @TasneemAbuawwad-l3x
    @TasneemAbuawwad-l3x Месяц назад +2

    Wow baayyee baredaa qashitiwwaankoo bayyen isin jaladhaa isin lachuu❤❤❤❤❤❤

  • @shjdhaid4271
    @shjdhaid4271 Месяц назад

    Meski ❤❤❤

  • @Ayuu-j3t
    @Ayuu-j3t Месяц назад

    Woww❤❤❤🎉🎉🎉

  • @JemilaApp
    @JemilaApp Месяц назад

    M&M🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰jabaadha

  • @HopeTube11
    @HopeTube11 Месяц назад

    Meeskikoo dhugaa baayyeen si jaalladhaaaaa

  • @HAWITAMIRU-d6l
    @HAWITAMIRU-d6l Месяц назад +2

    Makii asakee nama tolaa❤❤❤❤

  • @boontuusikkoomandoo3984
    @boontuusikkoomandoo3984 Месяц назад +1

    A big appreciate 🫡 for your cameraman!👏🏽👏🏽👏🏽

  • @Sifanthefirsthalfthesametimefo
    @Sifanthefirsthalfthesametimefo Месяц назад +1

    Waaqayoo umrii dheera isini haa keennu😘

  • @SaraSara-l3e1k
    @SaraSara-l3e1k Месяц назад

    Umataa jalalaa❤❤

  • @afnaantube7732
    @afnaantube7732 Месяц назад +2

    Matii jalajaa bayee si diqisifadha❤❤

  • @teshaledhufera4356
    @teshaledhufera4356 Месяц назад +2

    Baayee namatii tolaa dhugaa jabaadha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @sadiyakite3796
    @sadiyakite3796 Месяц назад +1

    wwwwwoooowww meskii amaalaa qaabeetti dhugaa raabbi intaala oromoo jaabduu waaqayyon ammayuu jalaala dhumaa hin qaabne isiniif haa kennu meskii and mulee ❤❤❤❤❤❤

  • @jamalomar3172
    @jamalomar3172 Месяц назад +1

    Yeroo inni hasayuu egii ha fixatuu achii bodaa hasoftaa utalite irra hin fudhatinni😊😊😊

  • @Sre-p2d
    @Sre-p2d Месяц назад +1

    Dhugaa dubbachuuf heddun hawwe bakkicha an qimami madaamitti rabbin naaf kadhaa akkan biyyakootti deebi'e bakkicha daawadhuuf

  • @TayibaDebiso-q6u
    @TayibaDebiso-q6u Месяц назад +1

    Jaalala isiniif qabu jechaan ibsu hin qabu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @hawyayansa2717
    @hawyayansa2717 Месяц назад

    Ijolee oromoo as jaala jirtaa matii naf ta'aa 100k nagalchaam piles

  • @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
    @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 Месяц назад

    Wolin jiradhaa maloo bayee issni jaldhaa M❤M

  • @GuruChana
    @GuruChana Месяц назад

    Jabadhaa nutii amoo hujji Kenna issin dawachui godhanee❤❤❤❤❤

  • @ShumbureeTolchaa
    @ShumbureeTolchaa Месяц назад

    Wowowo wowowo ❤❤❤❤❤

  • @x61gameslite84
    @x61gameslite84 Месяц назад +3

    Rabbiin isiniif haa kennuu❤❤❤❤❤, ilmoos❤❤❤❤

  • @ZeroNine-t4w
    @ZeroNine-t4w Месяц назад

    Wowww bagaa Nagaan dhufitaan garaa biyyaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gudatumitiku
    @gudatumitiku Месяц назад +1

    ijoolee Kuni bayyee maa NATI toluu ❤

  • @HasanatA-nh5xn
    @HasanatA-nh5xn Месяц назад

    Masikiyeee baredukoo initalaa safuufi Adabaan gudatee jabadhuu itii fufii qashitii ko❤❤

  • @AlamuddiinAbdurhaman
    @AlamuddiinAbdurhaman Месяц назад +1

    Hedduu isiin jalanaa jabadha❤❤❤❤❤❤❤

  • @FatihaFatiha-n6w
    @FatihaFatiha-n6w 11 дней назад

    Yoo jannata biyya aakiraa barbaaddan immo islaama tahaa rabbin dhugoomsa

  • @Burteee2786
    @Burteee2786 Месяц назад +4

    Maski tanaa namaa bayye jaaladhuu nuuf jiradha m&m ❤❤❤ ilove you

  • @AmnaAmna-co8wq
    @AmnaAmna-co8wq Месяц назад

    Mucatin tun Amala qabdi dhugaa dasi nama jeti❤❤❤❤❤

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 Месяц назад +1

    Uuuuufff namaa akka keessaani dhabaa turee ammaa ormaa jalaa figuu jalaa nu baasu keessaanif galatooma dhugaa❤️ m&m❤ijoolleen oromoo dafaa guddiisa ijoollee kana lammaan kan oromaayyuu guddiisafi jirtuu dafaa 100k galchuu qabnaa❤

    • @hobsee5626
      @hobsee5626 Месяц назад

      Anis akumaken gamade dhugaa. Jaralalufu figaa holaa ❤❤❤

  • @urjiitube
    @urjiitube Месяц назад +4

    Wawwwwww baay.ee namatti toltuu ❤❤❤

  • @ehetefita9665
    @ehetefita9665 Месяц назад

    ebbifama waaqayyo gooftan isin haebbisu ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @zufanzufan1903
    @zufanzufan1903 Месяц назад +2

    Uuuu galatoma hageren silasayachugn yene wudoch ❤❤

  • @galanisheni4990
    @galanisheni4990 Месяц назад

    Abban kenyaa das namaa jedhuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Bettykiyaa
    @Bettykiyaa Месяц назад

    wowww❤❤❤❤

  • @sumayaahasane9057
    @sumayaahasane9057 Месяц назад

    Woww bayyee bayyee namati tolotuu video kessanile akka worabii Wani hunudaa bayyee namati tolaa, jajabaadha qaaliwan Kenyaa isinin jallaadha ❤❤❤❤🥰🥰🥰 ijolee Oromoo pls ijolee Kenyaa qaali haa jajabeesinu🙏

  • @GetuBedada-q5u
    @GetuBedada-q5u Месяц назад

    The best of the best lan scape in east africa haro wanci Ethiopia 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @SalihaHamza-r9m
    @SalihaHamza-r9m Месяц назад +1

    Numa bareeddi biyyi oromoo❤❤❤❤❤

  • @IbsaTolesa-e8y
    @IbsaTolesa-e8y Месяц назад +1

    WOW baay'een isin jaaladhe dhugaa waliin raagaaaaaaaa❤

  • @GgGg-q2u6z
    @GgGg-q2u6z Месяц назад +1

    Abbaa keenyaa kun baay'ee namati toluu❤❤❤

  • @Orofamily-z3s
    @Orofamily-z3s Месяц назад +2

    Gafaan biyaa dhufee wanciin dhaqaa inshallah 😢😢😢

  • @ProSamsung-g3s
    @ProSamsung-g3s Месяц назад

    Wowoowow jabadhaa qalliwwaan koo❤❤❤❤

  • @kiyyaatube4838
    @kiyyaatube4838 Месяц назад

    Akkam nama maraartuu Umurii dheeraa waliin turaa

  • @AyuuDhabii
    @AyuuDhabii Месяц назад

    Mask mule walif jiradhaa ❤❤

  • @HopeTube11
    @HopeTube11 Месяц назад

    Wow waliif jiraadhaaaa

  • @Kume-rz7ve
    @Kume-rz7ve Месяц назад +1

    Wow ❤❤❤🎉🎉🎉bayyee namati toltuu jabadhaa

  • @KattoufTelecom-om5wi
    @KattoufTelecom-om5wi Месяц назад +1

    Biyya dawacha oltani ebbi jarsa kanna issiniti haa qabatu ❤

  • @DamituTsigee
    @DamituTsigee Месяц назад +1

    WOW meskii baye bareda❤❤

  • @FatiyaHussen-jl7lo
    @FatiyaHussen-jl7lo Месяц назад

    Oromiyaa koo dachee magarittuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiraadha M&M❤❤❤❤❤

  • @IbraahimMahammadxoyib
    @IbraahimMahammadxoyib Месяц назад +1

    Wow Masha Allah bayee namati tolaa

  • @BontuuBiluu
    @BontuuBiluu Месяц назад +3

    ❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂Dhugaa bayee isnii diqisifadhaa

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 Месяц назад

    Uuffee abba koo😘😘shewaa kiyaa umataa warqii

  • @MaftuhaAbdi-k5v
    @MaftuhaAbdi-k5v Месяц назад

    Wooow 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @mahmoudrawashdeh9151
    @mahmoudrawashdeh9151 Месяц назад

    Wowuuu akkaam namati tooltu akkaatini sin jalaadhu m&m❤🎉🎉🎉🎉 pls da'immaa godhaadha

  • @martaabebe2886
    @martaabebe2886 Месяц назад +3

    Makiyyee biyyaa koo dhuftee osoo biyyaa jiraadhe si argee turu😊

  • @amanuelfikadu6458
    @amanuelfikadu6458 Месяц назад

    Wow, what production man.