Oolmaa aayyoo Booranaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 10 дек 2024

Комментарии • 477

  • @josephmulatu3441
    @josephmulatu3441 3 года назад +78

    Dhugumaan siin qabaachuun keenya baayyee na boonsa! Ammallee shamarran Oromoo siin fakkeenya godhatanii akka dhufan abdiin qaba! Our beloved lady keep pushing!

  • @eliaskenea5017
    @eliaskenea5017 3 года назад +79

    Ani baay’ee kan na gaddisiise: waan uummatni keenya dhugee jiraataa jiruudha. Jireenya hawaasaa kanaa maal akka fakkaatu gadi buutee mul’isuu keef galata danuu qabda

  • @belewuaseffa1495
    @belewuaseffa1495 3 года назад +13

    Jajjabee keenya aada oromoo booranaa beeksisuuf hojii dadhabsiisa akkasi hojachuu keetif galatoomi.goleen oromiyaa bal'oo kana naannoofte akka aada oromoo adunyaaf beeksistu abdii qabna jabaadhi

    • @jamsiiorotube32
      @jamsiiorotube32 3 года назад

      ruclips.net/video/xB_i5eTVYzU/видео.html

  • @samrayimre7879
    @samrayimre7879 3 года назад +12

    ኡፍ ሕዝባችን በጣም ያሳዝናል ይህንን ከባድ ኑሮ ነው የምኖረው በዚህም ያበሉታል አልፎልህ ልይ ያኔ ደግ ሕዝብ

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 3 года назад +6

    Meskii hojiin keetii akkumaa bifaa kee dansaa jabadhuu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @bemewodushetube6327
    @bemewodushetube6327 3 года назад +7

    ዋው መስኪ, አቦ በጣም እኮ ነው የሚያምረው !!
    በገጠሪቷ ኢትዮጽያ ኑሯችን ንፁህ ተፈጥሮ ነው
    እናመሰግናለን አስበሽ ይህን በማቅረብሽ
    ገሎቶሚ በሬዱ ኢንተላ ቢያ ክፋ አይንካሽ

  • @mulatatube5957
    @mulatatube5957 3 года назад +1

    dhugaa wan garii dhaa akkamii ijolee badiyaa akaagudatuu namaa barsiisaa tnx meski oromo

  • @habtamustube1363
    @habtamustube1363 3 года назад +20

    I really liked your job you must be example to your following OROMO girls and for others too... ❤️❤️❤️❤️👍👍👍

  • @newlife7909
    @newlife7909 3 года назад +3

    Jabaadhu Cabu Haadha kenyaa ifanuufbaasi ibsaa hinqabnu bishaan hinqabnu

  • @hanifahassen6203
    @hanifahassen6203 3 года назад +17

    Ayiii opdo ummata oromoo samuu male.bishaan dhuganilee hin hojatuf Yaa Allah 😭😭😭😭

  • @mulugetamekonnen8086
    @mulugetamekonnen8086 3 года назад +9

    Sometimes it is good to feel what it looks like the country side life is! Good job 👍🙋‍♀️ loved it!!

  • @ዋሎየዋነኝከዉቦች
    @ዋሎየዋነኝከዉቦች 3 года назад +7

    የኔ ድንቅ ልጅ baredhuu oromo
    😍😍😍😥😥😥💔💔👍👍❤💚❤🙏

  • @eebbawaaqayyoo6266
    @eebbawaaqayyoo6266 3 года назад +13

    pls keep your shape like this , you are an icon for ormoo. ❤️💚❤️ baayyee sin jaaladhaa

  • @danisavosa3851
    @danisavosa3851 Год назад

    Wow always happy watching you Galatom adha listening from northern Iraq

  • @munyemanajeanpierre9760
    @munyemanajeanpierre9760 Год назад

    Menge you really first of all merit both love and support from all africans peoples because you are a Real Great Icon of OROMO CULTURAL and you are a good African Cultural Ambassodor.
    I love you too much from Kigali Rwanda.

  • @rahaa2298
    @rahaa2298 3 года назад +2

    Wowwwww shamaree boranaa sin bonee dhugaa ❤💚❤🙏😊

  • @beckhambegna2718
    @beckhambegna2718 3 года назад +2

    Really I appreciate your work. You have done what you can do. Now it is work of government ,diasporas and investors. Thank you very much .

  • @abdurahmanabdi391
    @abdurahmanabdi391 2 года назад +2

    meski I am so proud to have someone like you in oromiya my sister may god be with you for all your life INSHAALLAH 🤲I love you so much my sister ❤ jirruu jiraachaa jirruu kessatii jirruu kessaa baannee kanaf nuu jiraadhuu lencaa tenyaa 🙏

  • @girmamekdes9326
    @girmamekdes9326 3 года назад +6

    😢😢😢😢 እኔ ምን እዳወራሽ አላቅም ግን ሙሉ video አይቻለሁ ውሀውን ሳይ ግን በጣም ነው ያዘኩት እዲህ አይነት የድህነት ማቅ ውሰጥ ሆነን ነው በዘር የምንባላው እዴት ለነዚህ ሚስኪን ማህበረሰብ አቃተን😢😢😢😭😭😭

  • @happychannel4088
    @happychannel4088 3 года назад +4

    Masik jabduu koo bayyeen sii diqisifadhee bareduu koo 💔💔💔💔💋💋💋💚💚💕💕💕🌹🌹🌹🌹🌹👍💯💯

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 года назад +3

    kolftumaa deemtii bareedu oromo nuuf jiradhu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯👏👏atuu gurchooftee badee bishaan kan kaa badee ani maloo uuffffff

  • @ofinbontube6350
    @ofinbontube6350 3 года назад +2

    Maskii koo guddaa galatomi jabaadhu anille osoo waaqayyoo na garigaaree akka kee aadaa kiyyaa beekisisuu fi guddisuuf hawwii guddan qaba. haala kanan wanan si argefis guddan gammade jabadhu.
    (akka gaafif deebitti osoo haasofisiste immoo caalatti namatti tola) jabaadhu sabbontu koo

  • @wondushiferaw6093
    @wondushiferaw6093 3 года назад +5

    we are proud people and we proud more when we see such human like you keep doing it it is really nice job i will make you viral girl

  • @fezakirshow5607
    @fezakirshow5607 3 года назад +3

    Wow Maashaa Allah heddu namatti tola baayee bareda jabadhu sabontu kenya sifaana jira korme muca 🥰😍👌👌👌👌💌💌💌💌💌💞💞💞

  • @meelba-tube8869
    @meelba-tube8869 3 года назад +2

    woow I feel something whil Iam watching this vedio! ....long live...waan guddoo si irra eegna!.....saboontittii keenya....

  • @sulxaanaoromoo2960
    @sulxaanaoromoo2960 3 года назад +1

    Gameetti oromoo kabajaa siif malaa naa biraa galatoomi jabaadhu kana olis akka nu barsiiftu abdii sirra qabna 👍👍👍

  • @olhikajemal5769
    @olhikajemal5769 3 года назад +1

    Really I am appreciate you continue !!!!!!!!!!!!❤❤❤

  • @beranegizachw780
    @beranegizachw780 3 года назад

    Wayyo boranni rakko hamaa kessa jiraa namaa sagalee tahufi dhabee biyyan akkan fakkatu warabatani jiratuu wayyi motumman ummata dagateraa wayyo robni hin jiruu moo akkami wan saa galatomi akkanti ummataa ketti mulisufi jabduu koo❤❤

  • @birhanukebede117
    @birhanukebede117 3 года назад +2

    Garaa nama nyaata jireenyii uummata keenya. Osoo Laga meeqa qabuu, elektrikii dhabee gadadoo arga. Jabaadhuu Maskii, waan keessaa jirruu addunyaaf ibsii. Gaariis gadadoos hunduu haa baru!

  • @noorbzwelem9307
    @noorbzwelem9307 2 года назад

    መሥክ የኔ ልዩ በእዉነት የአገረችንኑሮበጠም የም የሠዝነል ነዉ

  • @fttuuaddistefara7181
    @fttuuaddistefara7181 3 года назад

    Bareduuuu tiyyyaaa bayyyee namatti tola jabadhu jajabe tiyyyaaa qalayoo intala oromo 💞💞💞💞💞💞💞sin jaladhaa tolee!

  • @aminsarbo1355
    @aminsarbo1355 3 года назад

    Waan gara namaa nyaatu hojjete nu agarsiifate Ummaanni keenya bishaan dhuguu illee hin qabu opdon ummata keenya saamu male mal hojjeta jirti meski mange hojjii dansa hojjete nu agarsiifte gara fundurratti Waan baayee siraa egna jabaadhu

  • @ዲያስፖራ
    @ዲያስፖራ 3 года назад +2

    ለዚህ ነው የኣባይ ግድብን የምንፈልገው አናቶች በጭስ ኣይሰቃዩም ኤሌትሪክ ካለ ደንም ኣይጨፈጨፍም ሜዳው በሙሉ ኣረንጋዴ ማረግ ይቻላል መስኪ ኣንደኛ ነሽ ዋው !!! በርቺ

  • @wariyoahamed5049
    @wariyoahamed5049 3 года назад +2

    Meski jabadhu sanyito abddi hin kuttin ati intala jabduu oromoti yutubarota Oromo keessa ati dhuguma cimtudha namnni wanta aadaa kana itti xiyeffatee hojete hin jiru jabadhuu itifufi❤💚❤👍👍👍👍👍👍

  • @tamioromo6115
    @tamioromo6115 2 года назад

    Namati toltaa dhugaa sabontu too 🥰🥰🥰🥰

  • @rittaritta5251
    @rittaritta5251 2 года назад

    Baayee Ulfataa dhugaa Duubaachuuf Gaaltoomii Nuu jiirdhuu ♥️❤️💯💯💯💯💯💯

  • @miftahhoussein3121
    @miftahhoussein3121 3 года назад

    Ashshama miskrem mange sabbontu borana intala abba gadaa💝💝💝

  • @ruuzeelubbuu8650
    @ruuzeelubbuu8650 3 года назад +4

    Woooow Good job mesi hojii Gaariidhaa kun ittii fuffii Bareedduu intaalaa Hangaafa Oromoo

  • @azizahabo8778
    @azizahabo8778 3 года назад

    Jabbadhu jabadukoo umani qashitii siduba jirra I love you oromookoo

  • @lomehto5177
    @lomehto5177 3 года назад +13

    Anii nanii bekaa qoraan guruu gurataan gudadhee

  • @Abiselom8
    @Abiselom8 3 года назад +28

    መስኪ ምርጧ በርቺ።የሴቶቹን ብርታት አለማድነቅ አይቻልም።

    ከዚህ ምስቅልቅል ፖለቲካ ብንፋታ እንደዚህ ያለን የገጠሩን አኗኗር በተቀየረ ነበር

  • @richgreen8944
    @richgreen8944 3 года назад +6

    Amazing!! Keep up, sister.

  • @kumeesanbotuamboo4963
    @kumeesanbotuamboo4963 3 года назад +1

    Bayyee namati tolaa sabboontuu Oromoo jabadhuu❤️💚❤️💚❤️💚👍👍👍👍👍👍👍

  • @saratube1623
    @saratube1623 3 года назад +5

    Boranaa nan dhufaa yon biyatii galee qashtii nama naa xaqabltaa tole

    • @sifenkejela9205
      @sifenkejela9205 3 года назад

      Kkk dhuga kottu wajjin demna

    • @saratube1623
      @saratube1623 3 года назад

      @@sifenkejela9205 esaa jirtaa tole mali rakoo qabaree

  • @hanamulugeta4812
    @hanamulugeta4812 2 года назад

    ♥♥♥♥♥♥♥♥ JABADUU INTALA KENYAA DHUGAA NAMATTI TOLTAA .WAQQAYYOO AAYYOOTA KENYAA UMURII ISAANII NUUFII YAA DHERRESSUU

  • @aichaaicha6608
    @aichaaicha6608 3 года назад

    meskiti baredukoo akkam nagaketi? bayye nam mararta .entalti oromo jajabadhu baredu tiyya sinjaladha🥰🥰🥰

  • @mashinemashine2559
    @mashinemashine2559 2 года назад

    Wwww baye,ee namatii tolaa jabadhuu sanbontuu oromoo bay,ee sii jalanaa

  • @abdurahmankasim4212
    @abdurahmankasim4212 3 года назад

    Haala jireenya ummaata kennaa kessaa gadii bu'uun artii wajjiin ,walsimsiisudhaan hojjachuun kee waan guddadha,isaan fakkatanii hojjachuunu dursaa waan hin aragamneedha,jabadhuu siin jedha!

  • @ifadeneke6446
    @ifadeneke6446 3 года назад +1

    Ati mataa dubraati nu duratti bul....jabaadhii...jajjabeessa dhiiroo ..aadattu waltuffanna hin tuffatina

  • @mikaelmulatu2742
    @mikaelmulatu2742 3 года назад +2

    I miss my town where we used to live. BORONA

  • @zamzamzamzam3203
    @zamzamzamzam3203 2 года назад

    I love boranaa ❤❤❤💕💕💕💕🌹🌹🌹🌹👌

  • @oromiatube4571
    @oromiatube4571 3 года назад

    Wwwwwwoooo jabadhuu oromoo tiyyaa adaa kenyaa bonnaa yomilee

  • @naimanasradin3635
    @naimanasradin3635 3 года назад +1

    Hajii buta likes your work well done sister ❤🥰

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 года назад +5

    Ummani baadiyaa garaa nama nyaatu uuuuuf ummata fayyaalessa siyaasa hin beekne kanin qaala'insi jireenya darare ahaaaa

  • @sinbookoo3378
    @sinbookoo3378 3 года назад +1

    Weeeewwww saabontuu saabbbaa jabbadhuuu 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝👌👌👌👌👌👌

  • @chaltoyusuf1333
    @chaltoyusuf1333 2 года назад

    Bayye namati tolaa jabadhu Aadaa bayye midhaga

  • @hjihji320
    @hjihji320 3 года назад

    masiki maanagee intaalaa umaa fakkate haradha Gaalatom jabadhu wanii ofii

  • @WardaWarda-sx9vb
    @WardaWarda-sx9vb 24 дня назад

    Dhuggaa sirraa bareddaa Masikkii hallii jirenyaa badiyyaa gotee

  • @tasfaneshnugusie2042
    @tasfaneshnugusie2042 3 года назад +4

    Korme intala jabadhu💪❤

  • @fayikattube5128
    @fayikattube5128 3 года назад +4

    Ayiiii Aayyoo anan kana hundaa cabdee nu gudiftee😭😭😭

  • @gemechujebeso2772
    @gemechujebeso2772 3 года назад

    Bareeda Maskii jabaadhu dhugumaan. OOlmaan aayyoo oromoo ifatti mul'achuun barbaachisaa dha. OOlmaa duwwaa miti bultiis.....................

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 3 года назад

    Akanumatii gudanee qoraan guree bishaan lafaa fagodhaa warabnee isanuu bishaan akana garu waraa alaa garidhaan qulqulinan nyatafii dhugatii isanii argatanii akka gariitii jirataan caalatii ijoleen badiyyaa fayyaa gutu qabnaa aja'ibaa Rabiittii galatomii waan ofii to warii hin beknee yaa baruu jirenyaa Hayyoon badiyyaa keessaa dabartee dhalaa shee barsifatee waan gudaraan gesuuu

    • @yerosaanjf9922
      @yerosaanjf9922 3 года назад

      Foxaan hin jiruy malif bishaan shutadhan batii 🥰🥰❤❤

  • @AbseAbdella30
    @AbseAbdella30 3 года назад

    Hojjatattee baadiyyaa jiraachuu ni dandeessaa akkam, yaa waan ofii too lol! Garuu hedduu takka galatoomi jabduu teenya jabaadhu: gara fuulduratittillee waan ajaa'ibaa sirraa eegna si booda jirra, ifin dhaammootin.
    We proud to have you our first lady💓

  • @nuraden5645
    @nuraden5645 3 года назад +2

    Jabadhu sabontuu baagumaa tennena taatee

  • @jamalo7188
    @jamalo7188 3 года назад +3

    Waan dansaarra jirta jabaadhu.

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад +1

    Wowwwww maski Sabbontuu Oro... Koo Jabaadhuu maati kee ta'eera ha'ra bayy'ee namatti tola ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💞🙋‍♀️

  • @ZubeydaaHajjii
    @ZubeydaaHajjii 24 дня назад

    Jabadhuu lubbuu baee si jaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 года назад +1

    Saba bontuu too Mesiki Ilove So much ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @harmeeshow7377
    @harmeeshow7377 3 года назад

    Jabaadhuu meski aadaa duudhaa booranaa akkasumalee oromiyaa maraa mul'isuuf kaka'umsa qabdu bayyee dinqisiifadha!kanaa olitti abbootiin qabeenya ,qaamni ilaalatu deeggarsa gootani akka jajjabeesitan jena.

  • @wboentertainment876
    @wboentertainment876 3 года назад +1

    Jabadhu Baredu tenya, wan bareda hojacha jirta si cina jira itti fufi 👌

  • @hasnakohasna4007
    @hasnakohasna4007 3 года назад +1

    Bishaan kana itti fayadamuun isaan bayee nama gadisiisaa dhugaa

  • @anisanyiacetioromodha810
    @anisanyiacetioromodha810 23 дня назад

    Jabadhu itala oromoo ❤❤❤❤❤wwwwwooo ❤❤❤

  • @gudetaguye7361
    @gudetaguye7361 3 года назад +1

    Wollaalte meskiyye qoraan cabsu.ya sijala badeeyyu.

  • @Bekdigitalchannel377
    @Bekdigitalchannel377 3 года назад +2

    YOU SHOWED US TRUE LIFE OF OUR COMMUNITY BE CONTINUE

  • @anasanyiihaceesanyiinadhii3781
    @anasanyiihaceesanyiinadhii3781 3 года назад

    Shamaranii oromiyaa keesa jirraan ka'a hin rafiin jedhiin mee warra rafa jiruu 😍😍

  • @SelinaYesabi
    @SelinaYesabi 3 года назад +1

    Beautiful view, and showing my respect towards your hard work

  • @abdihussein4065
    @abdihussein4065 2 года назад +2

    Meskiyye is very nice ❤️🥦❤️🥰

  • @ሃያት-ፀ4ጰ
    @ሃያት-ፀ4ጰ 3 года назад +2

    Wowww das jedha

  • @MkKmo-zs5ys
    @MkKmo-zs5ys 22 дня назад

    Wadaroo ati ittin bishaan baattu kun qomakeef sirridhaa? Meskiko shaarbiidhan hin baattu❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @geexoonigaatubest8457
    @geexoonigaatubest8457 3 года назад +1

    Maskii ko galaatomii guddaa ❤💚❤❤❤❤❤💚

  • @hawwiiyyeesabootusabaa3105
    @hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 года назад

    Wowwwwwwwwwwwooo makiyee saboontuu tiyya jabadhu I love you 💋💋💋💋💋💋💋💋❤️🌳❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @gumaatakeenyaa
    @gumaatakeenyaa 3 года назад

    Maskii, ani yeroo jalqabaa maali intalii maal tattee jechaan turee.amma garuu waan sirri akka hojjaa jirtuu argeen jiraa.jabaadhuu..garuu hojii akka kana oromoo fudhachisuun cimuu danda'a waan ta'ef abdii hin kutatin .itti Muddii.Meski.❤️❤️❤️❤️

  • @getanehket
    @getanehket 3 года назад +3

    U are on the reality show keep up

  • @gemechisdame3661
    @gemechisdame3661 3 года назад +17

    Masi konjoo!!! You doing good

  • @zoyacell6789
    @zoyacell6789 3 года назад +7

    የኔ ቆንጆ

  • @RabiaAbdo-n1i
    @RabiaAbdo-n1i 15 дней назад

    😢😢😢😢Yaa rabbii furmataa fidi rakko keessa nu bassi

  • @uaeu3800
    @uaeu3800 3 года назад +1

    jabaadhu bareedu tenyaa sii jalana garaa arsii ho yoom deemata mee

  • @waqayooabdiikotii827
    @waqayooabdiikotii827 2 года назад +1

    Wowow Bareduu tiyaa❤️❤️❤️

  • @sabkeebarrmichuarsilixa3103
    @sabkeebarrmichuarsilixa3103 3 года назад

    Baayye galtoomi maskiye woyyo jireenyi ummaya keenya baayye nama gadisiisa wlh😰😰😢😢😭

  • @sifendima3558
    @sifendima3558 3 года назад +3

    Respect all mother's meski keep it up ❤❤❤❤❤❤

  • @Demsem-AZ
    @Demsem-AZ 3 года назад +6

    I love Borena peoples!!!

  • @tigistoromo3772
    @tigistoromo3772 2 года назад

    Bareeduu koo jiradhuu🥰🥰🥰🥰

  • @jamaalmuhammad6936
    @jamaalmuhammad6936 3 года назад

    Jabaadhuu waqanii si haa gargaaru wan gaariiidhaa

  • @qatardoha955
    @qatardoha955 2 года назад

    Mashallah mashallah dhuga jabadu teena jabadhu

  • @desitayoutube7063
    @desitayoutube7063 3 года назад

    Uuuuuffff sabotuu ko 😍😍😍😍💕👌 welcome 😍 qashiti wayii dhaa 🥀

    • @jamsiiorotube32
      @jamsiiorotube32 3 года назад

      ruclips.net/video/xB_i5eTVYzU/видео.html

  • @demitdiamond4560
    @demitdiamond4560 2 года назад

    Woooww gobaz maskiyee ❤❤❤❤💞

  • @burhanaburhana1863
    @burhanaburhana1863 2 года назад

    Meski saabontu baay,ee cimtuudhaa jaabadhu♥️♥️♥️

  • @gutuabeya5378
    @gutuabeya5378 3 года назад +14

    #Respect for all mothers!

    • @asnakomamo7320
      @asnakomamo7320 3 года назад

      Gobasi ittii fufii addara kenyani yaa bonuu

  • @shaikhaalthani2822
    @shaikhaalthani2822 3 года назад +1

    የኔ ምርጥሰው ስወድሽ ተባረኪ

  • @obsinaanorotube5705
    @obsinaanorotube5705 2 года назад +1

    Waan gaari hojjecha jirta jabaadhu ok